Forwarded from Hakaan Bakri
#Gooticha
Abbaan qabeenyaa Yamanii kan ta'e Hojjattoota Kaampaanii isaa kan ta'an Yamanoota Muslimoota hin ta'in Hunda Isaanii Iqaamaa isaanii haqee tikeeta mureefi gara biyya isaanii galche, lamuu akka hin deebines godhee jira. Ammaan bood Hindiirraa meeshaa takkallee hin bitu jedhe 💪
#إلا_رسول_الله_يا_مودي
@JemalSheikhBakri1

Forwarded from AL-RISALA HUMANITY CENTER (ⓐNãsìr)
Abbaa murtee dorgommii Qur’aanaa adduunyaalessaa kan ta'an perezidaantiin yunivarsitii islaamaa Minisotaa Dr Waliid Idriis Finfinnee seenaan
~~~~~~~~
Dhalataa biyya Misir kan ta'an Sheek Dr Waliid Idriis ganna isaanii 14'tti Qur’aanaa kan haffazan yemmuu ta'u abbaa murtee dorgommii Qur’aanaa adduunyaa irra jiran keessaa isaan tokko.
Sheek Waliid Idriis Al-Meniz perezidaantii yunivarsitii islaamaa Minisotaa fi chaansilara.
Dorgommii Qur’aanaa yeroo itii aanu Finfinneetti gaggeeffamuuf galgala kana Finfinnee seenuufi simannaan taasifamuufiin beekameera.
@Alrisala1

EEYBA KITAABA "BISHAAN GUBATE"
Kitaaba Asoosamaa mata dureen isaa "BISHAAN GUBATE" je'u kan gaazixeeysaa Mahammad Siraaj barreeysee ture Dilbata as deemu kana ni eeybifama. Sagantaa eeybaa tanarratti afeeramtanii jirtan.
IDDOO EEYBAA:- Finfinnee, Galma Giddugala Aadaa Oromoo
GUYYAA:- Waxabajjii 12, 2022 G.C
5 / 10 / 2014 EC
YEROO:- Waaree booda sa'aa 8:00 (local time)
#YAADACHIISA:- Dhaamsa kana karaa isiniif dandayame hundaan ummata biraan gayaa.
@DrZakirNaikAfaanOromoo
@JemalSheikhBakri1
@Sammaan

Rabbii khee galatoomfachuu hin dagatin. Wanni Rabbiin Siif godhe hedduudha, osoo lakkooytee fixuu hin dandeessu. Of nyaataa, hiraaraa oolurra galateeffachuutu jireenya kee jaara. #Galateeffadhu #Alhamdulillah
T.me/Sammaan
T.me/Sammaan
Telegram
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Boor guyyaa dilbataa Istaadiyoomii finfinneetti Qaraati haafizoota qur'aanaatin ifa! Ijoollen Najaashi, Bilaali fi Ummu Ayman ganamaan achitti argamuun Jecha Rabbii caqasuun Qophii bareechan! Isiin Qophii dhaa???
✍Waa afur (4) Rizqii namaaf fiddi :
أربعة تجلب الرزق :
➛Dhaabbata halkanii/salaata leylii.
قيام الليل
➛Sadaqaa
الصدقة
➛Cinaa bariitti Istigfaara heddummeessuu
كثرة الإستغفار في الأسحار
➛Zikrii ganamaa fi galgalaa too’achuu.
الذكر أول وآخر النهار
Join👉@Sammaan

Forwarded from Jama'aa Dargaggoota Musliima Dheeraa
Waldorgommiin Qur’aanaa idil-addunyaa Dilbata borii Istaadiyooma Finfinneetti gaggeeffama jedhamee ture, sababoota tokko tokkoof bakki dorgommii istaadiyooma irraa gara hoteela ammaaf maqaan adda hin baafamneetti jijjiiramuu, qopheessitoonni sagantichaa ibsaniiru.
Odeessaa Dabalataa
Sagantaan Wal dorgommii guyyaa boru Hoteela "Mosaic" kan Magaalaa Finfinnee Booleettii argamuttii akkaa gaggefamu ibsame.
Sagantaan Wal dorgommii Hifzii Qur’aanaa kan biyyoota 50 ol irraattii hirmaatan Istaadiyeemi Finfinneettii gaggeffamuuf ture sababaa Dokumeentileen gara garaa yeroodhaan hin guttaminiifi Istaadiyoomiin Qotameera haaromsarraa jira jedhuun istaadiyoomii Finfinneettii akkaa gaggeffamuuf haallii hin mijatiniif sagantaan Wal dorgommii Qur’aanaa Guyyaa Borii Hoteela "Mosaic" kan Naannoo Boolee jiruttii akkaa gaggeeffamu Ibsameera.
Share gochuun waliif qoodaa.
© Redwan Promotion

Forwarded from Gali Ababor Official
Aalimoonni dhugaa nama beekumsa sharii'aa qabu akkasitti kabaju. Abbaan murtii dorgommii Qur'aanaa biyya keenya dhufan pirofesar Waliid Idriis kan jedhaman Dr Jeylaan Khadir irraa ijaazaa/eeyyama qaraasisuu akka fudhate feesbuukii isaa irratti ibseera. Akkasumas Sheyk Muhammad Haamiddiin irraas ijaazaa fudhachuu ibse.
ወደሀገራችን የመጡ ታላቁ የቁርአን ዳኛ ከዶክተር ጀይላን ኸዲር እና ሸይኽ ሙሐመድ ሓሚዲን እጃዛ መውሰዳቸውን በፌስቡክ ገፃቸው ላይ አስፍረረዋል።
ወደሀገራችን የመጡ ታላቁ የቁርአን ዳኛ ከዶክተር ጀይላን ኸዲር እና ሸይኽ ሙሐመድ ሓሚዲን እጃዛ መውሰዳቸውን በፌስቡክ ገፃቸው ላይ አስፍረረዋል።
#OduuAmmee
Dorgommiin Qur'aana Idil-addunyaa Istaadiyeemii Finfinneetti gaggeeffama.
Dorgommiin Qur'aana idil addunyaa Istaadiyeemii Finfinneetti akka gaggeeffamu mootummaan hayyama kennuu isaa hubatameera.
Akka Harun Media gabaasetti, sagantichi boru Waxabajjii 6,2014 akka gaggeeffamu qindeessitoonni beeksisaniiru.
@Gadaapost