Dawaa Qalbii
9.16K subscribers
2.06K photos
37 videos
31 files
2.78K links
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓

@Rabbiiftai
Download Telegram
Wixineen Baajata mootummaa Federaalaa bara 2015 Qarshii biiliyoona 786.61 akka ta’u murtaa'e

Manni Maree Ministirootaa Walga’ii idilee 9ffaa har’a gaggeesseen Baajata mootummaa Federaalaa bara 2015 Qarshii biiliyoona 786.61 akka ta’u murteesse.

Manni Maree Ministirootaa Walga’ii idilee 9ffaa har’a gaggeesseen Wixineen Baajata mootummaa Federaalaa bara 2015 Qarshii biiliyoona dhibba 7 fi biiliyoona 86 fi miiliyoona dhibba 6.1 akka ta’u murteesseera.
Forwarded from JAMAAL PROMO
As wr wb
Beekisa Poster
📶Kabajamtootaaf jaalatamtoota Obboleewwan Kiyya Muslimaa Warroonni Abbaa carraa ta'uu barbaaddan Sagantaan wal-dorgommii Bifa Ajaa'ibaatiin chaanaala quwwatulislaam irratti Guyyoota 15n Guyyaa Sanbataa Asraa booda Sa'aatii 11pm irratti Miseensota chaanaalatiif Sagantaan Wal-dorgommii kan Gaggeeffamuudha.
📶Akkasumas Warroonni Warroonni wal-dorgommicha irratti Hirmaachuudhaan Qabxii olaanaa Galmeessan Kan Badhaafamaniidha.
🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉
1⃣Sadarkaa 1ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 25🎁
2⃣Sad. 2ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 20
3⃣Sad.3ffaa kan bahee kaardii Abbaa 15
4⃣ sad 4ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 10
5⃣Sad.5ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 05
📶Badhaasni Isaanii Kan Armaan Olii kana fakkaata.
Kanaaf Warroonni Wal-dorgommii irratti hirmaachuudhaan Abbaa carraa ta'uu barbaaddan
Chaalaala @quwwatulislaam Ammuma join godhadhaa
👇👇👇👇👇🎁🎁🎁🎁🎁
@Quwwatulislaam
@Quwwatulislaam
@Quwwatulislaam
Tibbana qondaalonni olaanoon paartii Kongiransii Federaalawa Oromoo (KFO) Obbo Baqqalaa Gabaafi Obbo Jawaar Mahaammad ''Daawwannaa Galataa'' (Thanksgiving Tour) jechuun gara Ameerikaattiifi Awurooppatti imalaniiru.

Obbo Baqqalaa Garbaa gara Ameerikaatti, Obbo Jawaar Mohaammad ammoo gara Awurooppaatti qajeeluutu himame.

Obbo Jawaariifi Obbo Baqqalaan namoota ajjeechaa aartist Haacaaluu Hundeessaa hordofee hokkara umameen shakkamuun gara waggaa fi walakkaan oliif erga hidhamanii booda dhiyeenya kan himanni isaanii adda cituun mana hidhaatii bahan keessaayi.

Osoo hin hidhamiin dura siyaasa keessatti hirmaachuuf jecha paaspoortii US qabu ture deebiisee Itoophiyaarraa osoo hin argatiin kan ture Jawaar, erga hidhaatii baheen booda yeroo jalqabaatiif biyya ollaa, Keeniyaa Caamsaa darbe keessa daawwateera.
@Gadaapost
@Sammaan
Muslimoonni Harargee Lixaa Magaalaa Ciroo hoggantoota majlisa federaalaa haaraa deeggaruun sagalee isaanii dhageessisan.

የምዕራብ ሀረርጌ ዞን ጭሮ ከተማ ሙስሊሞች ለአዲሱ የስራ አስፈፃሚ አባላት የድጋፍ ድምፃቸውን አሰምተዋል።

🔴 ቴሌግራም T.me/ahmedin99
Forwarded from AL-RISALA HUMANITY CENTER (Sáìd leader)
Bara 1978ti dhalate.
Bara 2001 Islaamummaa qabate.
Akkuma amaneen Amantii Islaamaa akka gaariitti baratee, gara Islaamummaatti nama yaamuu eegale. Namoota hedduu amansiiseera.
Namoota kuma 3 oltu harka isaa irratti Islaamummaa fudhate.

#Muhaadaraa isaa keessatti yeroo tokkotti namoota 1000 Islaamummaa qabate.
Biyya Almaaniyaa keessatti Amantii Islaamaa babal'isuun sadarkaa 1ffaa irra jira. hanga «Faatihu Almaaniyaa»
(Nama Islaamummaadhaan Almaaniyaa bane jedhamee) moggaafame.

Yeroo ammaa kana biyya Almaaniyaa keessatti karaalee isii keessa dhaabbatee Islaamummaa lallabuu irratti argama.

Amma tana Umriin isaa 44 gahee jira.
Abu Hamza (HAFIZAHULLAAHU).
《الداعية الألماني ابو حمزة صلاح الدين 》@Alrisala1
«الفاتح الإسلامي في ألمانيا
Paartileen mormitootaa 10 adeemsi marii biyyaalessaa akka sirratu gaafatan

Adeemsi marii biyyaalessaa hundeeffama Komishinii dhimma kana qindeessu irraa eegalee rakkoo qaba kan jedhan Paartileen Siyaasaa Mormitootaa Itoophiyaa, dhimma kana sirreessuuf Gamtaa Paartilee Mormitootaa hundeessuu ibsaniiru.

Paartileen mormitootaa 10 ta'uun ibsa waliin baasan KFO, Paartii Haqaa fi Dimokiraasii Uummata Affaar, Paartii Aranaa Tigraay, Dhaabbata Dimokiraatawaa Uummata Doongaa, Hibir Itoophiyaa, Paartii Uummata Affaar, ABO, Adda Bilisummaa Ogaadeen, Warraaqsa Biyyaalessaa Uummata Walaayittaa fi MEDREK jedhamu.

Waraana yaaddessaa biyyattii itti ce'aa jirtuuf falli marii karaa nagaati kan jedhu ibsi paartilee kun, paartii biyya bulchaa jiru dabalatee paartileen biyyattii adeemsa mariibiyyaalessaa kan eegalan ta'us garuu mariin kun ammas gamanumaa rakkoo keessa galaara jedha.

Paartileen kunneen kurnan walitti dhufuun Gamtaa kan hundeessan, adeemsa marii biyyaalessaa, akkaataa hundeeffama komishinii qindeessituu marichaa fi qaamolee hirmaachuu qaban irratti dogoggoroota jiran akka sirrataniif dhiibbaa uumuuf ta'uu himan.

Adeemsi marii fi waliigaltee biyyaalessaa jalqaba irraa eegalee haga dhumaatti qaamolee dhimmi ilaallatu mara kan hirmaachisu ta’uu qaba kan jedhu ibsi kun, ''garuu jalqabuma irraa eegalee haalli itti komishiniin marii fi waliigaltee biyyaalessaa hundeeffame amanamaa miti, jedha.

''Komishiniin hundeeffame jedhamu kun qaamolee sochii siyaasa biyyattii irraa ugguramanii fi qaamolee mootummaa waliin wal waraanaa jiran akka quunnamuufi mariisisuuf qajeelfamni tumame tokkollee hin jiru,'' jedha ibsi kun.

@Gadaapost
@Sammaan
Mootummaa Paakistaan Kan ture Imran Khan Arrabsoo Mootummaan Hindii Ergamaa Rabbiirratti (Saw) oofaa jiruu fi Gocha Suukanneessaa Muslimoota Hindii irratti Paartiin bulchitootaa BJP n raawwachaa Jirtu Akkaan balaaleffate.

"Dhimma kana salphisanii ilaaluun, Badii (Aad malummaa) babal'isuu wajjiin tokkuma" jechuun dubbatana.

Rasuula kiyyarraa harka keessan Kaafadhaa (Sallallaahu aleyhi wasallam
@JemalSheikhBakri1
@Sammaan
Forwarded from Hakaan Bakri
#Gooticha
Abbaan qabeenyaa Yamanii kan ta'e Hojjattoota Kaampaanii isaa kan ta'an Yamanoota Muslimoota hin ta'in Hunda Isaanii Iqaamaa isaanii haqee tikeeta mureefi gara biyya isaanii galche, lamuu akka hin deebines godhee jira. Ammaan bood Hindiirraa meeshaa takkallee hin bitu jedhe 💪
#إلا_رسول_الله_يا_مودي
@JemalSheikhBakri1
Forwarded from AL-RISALA HUMANITY CENTER (ⓐNãsìr)
Abbaa murtee dorgommii Qur’aanaa adduunyaalessaa kan ta'an perezidaantiin yunivarsitii islaamaa Minisotaa Dr Waliid Idriis Finfinnee seenaan
~~~~~~~~
Dhalataa biyya Misir kan ta'an Sheek Dr Waliid Idriis ganna isaanii 14'tti Qur’aanaa kan haffazan yemmuu ta'u abbaa murtee dorgommii Qur’aanaa adduunyaa irra jiran keessaa isaan tokko.

Sheek Waliid Idriis Al-Meniz perezidaantii yunivarsitii islaamaa Minisotaa fi chaansilara.

Dorgommii Qur’aanaa yeroo itii aanu Finfinneetti gaggeeffamuuf galgala kana Finfinnee seenuufi simannaan taasifamuufiin beekameera.
@Alrisala1
EEYBA KITAABA "BISHAAN GUBATE"

Kitaaba Asoosamaa mata dureen isaa "BISHAAN GUBATE" je'u kan gaazixeeysaa Mahammad Siraaj barreeysee ture Dilbata as deemu kana ni eeybifama. Sagantaa eeybaa tanarratti afeeramtanii jirtan.

IDDOO EEYBAA:- Finfinnee, Galma Giddugala Aadaa Oromoo

GUYYAA:- Waxabajjii 12, 2022 G.C
5 / 10 / 2014 EC

YEROO:- Waaree booda sa'aa 8:00 (local time)

#YAADACHIISA:- Dhaamsa kana karaa isiniif dandayame hundaan ummata biraan gayaa.
@DrZakirNaikAfaanOromoo
@JemalSheikhBakri1
@Sammaan
Boor guyyaa dilbataa Istaadiyoomii finfinneetti Qaraati haafizoota qur'aanaatin ifa! Ijoollen Najaashi, Bilaali fi Ummu Ayman ganamaan achitti argamuun Jecha Rabbii caqasuun Qophii bareechan! Isiin Qophii dhaa???
Waa afur (4) Rizqii namaaf fiddi :
أربعة تجلب الرزق :

➛Dhaabbata halkanii/salaata leylii.
قيام الليل
➛Sadaqaa
الصدقة
➛Cinaa bariitti Istigfaara heddummeessuu
كثرة الإستغفار في الأسحار
➛Zikrii ganamaa fi galgalaa too’achuu.
الذكر أول وآخر النهار

Join👉@Sammaan
Waldorgommiin Qur’aanaa idil-addunyaa Dilbata borii Istaadiyooma Finfinneetti gaggeeffama jedhamee ture, sababoota tokko tokkoof bakki dorgommii istaadiyooma irraa gara hoteela ammaaf maqaan adda hin baafamneetti jijjiiramuu, qopheessitoonni sagantichaa ibsaniiru.
Odeessaa Dabalataa
Sagantaan Wal dorgommii guyyaa boru Hoteela "Mosaic" kan Magaalaa Finfinnee Booleettii argamuttii akkaa gaggefamu ibsame.

Sagantaan Wal dorgommii Hifzii Qur’aanaa kan biyyoota 50 ol irraattii hirmaatan Istaadiyeemi Finfinneettii gaggeffamuuf ture sababaa Dokumeentileen gara garaa yeroodhaan hin guttaminiifi Istaadiyoomiin Qotameera haaromsarraa jira jedhuun istaadiyoomii Finfinneettii akkaa gaggeffamuuf haallii hin mijatiniif sagantaan Wal dorgommii Qur’aanaa Guyyaa Borii Hoteela "Mosaic" kan Naannoo Boolee jiruttii akkaa gaggeeffamu Ibsameera.

Share gochuun waliif qoodaa.

© Redwan Promotion
Forwarded from Gali Ababor Official
Aalimoonni dhugaa nama beekumsa sharii'aa qabu akkasitti kabaju. Abbaan murtii dorgommii Qur'aanaa biyya keenya dhufan pirofesar Waliid Idriis kan jedhaman Dr Jeylaan Khadir irraa ijaazaa/eeyyama qaraasisuu akka fudhate feesbuukii isaa irratti ibseera. Akkasumas Sheyk Muhammad Haamiddiin irraas ijaazaa fudhachuu ibse.
ወደሀገራችን የመጡ ታላቁ የቁርአን ዳኛ ከዶክተር ጀይላን ኸዲር እና ሸይኽ ሙሐመድ ሓሚዲን እጃዛ መውሰዳቸውን በፌስቡክ ገፃቸው ላይ አስፍረረዋል።
#OduuAmmee

Dorgommiin Qur'aana Idil-addunyaa Istaadiyeemii Finfinneetti gaggeeffama.

Dorgommiin Qur'aana idil addunyaa Istaadiyeemii Finfinneetti akka gaggeeffamu mootummaan hayyama kennuu isaa hubatameera.

Akka Harun Media gabaasetti, sagantichi boru Waxabajjii 6,2014 akka gaggeeffamu qindeessitoonni beeksisaniiru.

@Gadaapost
@Sammaan