Forwarded from AL-RISALA HUMANITY CENTER (Sáìd leader)
Akkaataa Itti Barattoonni Dandeettii Dubbisaa Itti
Cimsatan Jahan. Isaanis:
➖➖➖➖➖❤️➖➖➖➖➖
1. Dubbisaaf Kaka’uumsa Qajeelaa Qabaachuu.
➖➖➖➖➖❤️➖➖➖➖➖
2. 3R Guddifachuu (Reveal, Review & Remind)
➖➖➖➖➖📖➖➖➖➖➖
3. (Become Selective Reader)
Baay’ee Filachuun Dubbisuu
➖➖➖➖➖❤️➖➖➖➖➖
4. (Become Smart Reader)
Dubbisaa Cimaa Ta’uu
➖➖➖➖➖❤️➖➖➖➖➖
5. (Become More Selective Reader)
Baay’ee Xiyyeeffachuu
➖➖➖➖➖❤️➖➖➖➖➖
6. (Become Active Reader.)
Dubbisaa Gameessa Ta’uu
➖➖➖➖➖❤️➖➖➖➖➖
Maddi: (Six Steps to Effective Reading) jedhu keessaa
@Alrisala1

Forwarded from JAMAAL PROMO
As wr wb
✍Yaa obboleewwan koo Sammuu keessan barnootaan gabbisuun Mallattoo Kabajaa fi guddina Keessaniiti.
✍Maarree chanalli keenna haala gaariidhaan miseensota isaa barnoota Adda Addaa barsiisaa waan jiruuf link armaan gadii keessaa kan barbaaddan tuquudhaan chaanaala quwwatulislaam Join godhadhaatii irraa fayyadamaa
👇👇👇👇👇👇👇👇

Beekisa Poster
📶Kabajamtootaaf jaalatamtoota Obboleewwan Kiyya Muslimaa Warroonni Abbaa carraa ta'uu barbaaddan Sagantaan wal-dorgommii Bifa Ajaa'ibaatiin chaanaala quwwatulislaam irratti Guyyoota 15n Guyyaa Sanbataa Asraa booda Sa'aatii 11pm irratti Miseensota chaanaalatiif Sagantaan Wal-dorgommii kan Gaggeeffamuudha.
📶Akkasumas Warroonni Warroonni wal-dorgommicha irratti Hirmaachuudhaan Qabxii olaanaa Galmeessan Kan Badhaafamaniidha.
🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉
1⃣Sadarkaa 1ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 25🎁
2⃣Sad. 2ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 20
3⃣Sad.3ffaa kan bahee kaardii Abbaa 15
4⃣ sad 4ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 10
5⃣Sad.5ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 05
📶Badhaasni Isaanii Kan Armaan Olii kana fakkaata.
Kanaaf Warroonni Wal-dorgommii irratti hirmaachuudhaan Abbaa carraa ta'uu barbaaddan
Chaalaala @quwwatulislaam Ammuma join godhadhaa
👇👇👇👇👇🎁🎁🎁🎁🎁
@Quwwatulislaam

Atileetiin Itoophiyaa Lammeechaa Girmaa dorgommii fiigicha gufachiisaa meetira 3,000'n tokkoffaa bahuun rekordii biyyoolessaa haaraa galmeesseera.
Lammeechaan dorgommii Kibxata galgala Cheek Rippablik magaalaa Ostraavaatti gaggeeffameen, dorgommii kana daqiiqaa 7 fi sekondii 58.68 taheen xumure.
Kanaanis atileetiin umurii ganna 21 kun rekordii biyyaalessaa haarayaa yoo galmeessu, guufachiisa meetira 3000'n addunyaarraa atileetii yeroo kamuu jedhamuun sadarkaa 12ffaarra taaheera.
Dorgommii Ostrava Golden Spike 2022 jedhamu kanaan, Lammeechaatti aanee atileetiin Itoophiyaa biraa Haayilamaariyaam Tagany lammaffaa yoo bahu, lammiin Itaalii Ahimad Abdalwaahad sadaffaa bahuun xumuran.(BBC)
@Sammaan

Forwarded from Nuuralhudaa (Abbaas)
Majliisoonni naannoolee ibsa baasaniin, murtiin bakka bu’oota hawaasa muslimaatiin dabre akka fiixaan bahu, Akkasumas mootummaa dabalatee qaamni dhimmi ilaallatu hundi tumsa barbaachisu akka godhan cimsanii gaafatan. odeeyfannoo guutuu link gadii kana tuquun dubbisaa https://nuuralhudaa.com/29370
NuuralHudaa
Majliisonni Naannoolee Murtii Korri walii galaa Mana Marii Dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa dabarse deeggaruun ibsa baasan - NuuralHudaa
Majliisonni naannoolee murtii korri walii galaa mana marii dhimmoota Islaamummaaa Ityoophiyaa Caamsaa 18,2014 hoteela Sharaataniitti baase ilaalchisuun, hoggantoota haarawa yeroodhaaf akka mana mariichaa hoggananiif sagalee caalmaan filataman deeggaruun qaama…
Forwarded from Keebor Media 1 (Asad Sh/A/qaadir GaruhiraMedia)
#Mana_Maree_Dhimmoota_Muslima_Godina_Arsii_Lixaa Irraa
#KEBORMEDIA
Dhaadannoo Guyyaa Jum'aa Dhageessifamuu qabu:
1. Murtii Yaa'ii Walii galaa Sharaatan ni deeggarra.
የመጅሊሱን ጠቅላላ ጉባኤ ውሳኔ እንደግፋለን።
2. Murtiin yaa'ichaa Ummata Muslimaatiif malee aangoo dhuunfaatiif miti!
የጉባኤው ውሳኔ ለግለሰቦች ስልጣን ሳይሆን ለብዙሀኑ ሙስሊም ያደላ ነው!
3. Muummicha Ministeeraa keenya ni galateeffanna!!!
ክቡር ጠቅላይ ሚኒስትራችንን እናመሠግናለን!!!
4. መንግስት ሆይ! ለግለሰቦች ሳይሆን ለመላው ሙስሊም ፍላጎት እገዛ አድርግ!
Mootummaan aangoo dhuunfaaf osoo hin taane fedhii ummata Muslimaa deeggaruu qaba!
5. Yeroo mirgi Muslimaa namoota dhuunfaan hacuucamu mootummaan callisuu hin qabu!
የሚሊዮኖች መብት በግለሰብ ሲጨፈለቅ ዝም ማለት ከመንግስት አይጠበቅም!
6. Raawwii murtii yaa'ichaatiif isinii wajjin jirra.
የጠቅላላ ገባኤው ውሳኔ እንዲተገበር ከጎናችሁ ነን!!!
7. Raawwii murtichaatiif mootummaan seera akka kabachiisu ni gaafanna!
ለውሳኔው ተፈፃሚነት መንግስት ህግ እንዲያስከብር እንጠይቃለን!
8. Hordoftoonni amantii biroo harka keessan majlisa keenya irraa kaasaa!
የሌላ ኃይማኖት ተከታዮች እጃቸውን ከመጅሊችን ያንሱልን!
9. Murtiin yaa'ii walii galaa kan hunda hammateedha!
የጠቅላላ ጉባኤው ውሳኔ ሁሉን ያቀፈ ነው!
10. በጉባኤ ጊዜ የሚያማቸው ለወንበራቸው ሲሆን የሚድኑ መሪ አንፈልግም!
Hogganaa yeroo marii dhukkubsatee yeroo taayitaa fayyu hin barbaannu.
10. Qaamni aangoo dhuunfaatiif jecha ummata lolatti kakaasan seeratti haa dhihaatan!
ለግል ስልጣን ህዝብን ለጠብ የሚቀሰቅሱ አካላትና ግለሰቦች በህግ ይጠየቁልን
11. Murtiin Yaa'ii Sharaatan ariitiin hojiirra haa oolu!
የሸራተኑ ጉባኤ ውሳኔ ባስቸኳይ ይተግበር!
12. በባንክ የሚገኘው የህዝብ ገንዘብ በለመዱ እጆች ሳይመዘበሩ ይታገድ!
Maallaqni ummataa baankii jiru osoo hin hatamin haa ugguramu!
13. Majlisni lama gonkuma hin yaadamu!
ሁለት መጅሊስ ፈፅሞ አይታሰብም!
14. Majlisni hunda hammataadha!
መጅሊስ ሁሉን አቃፊ ነው።
15. Namni tokkummaa jibbe Islaama jibbeera!
አንድነትን የጠላ ኢስላምን የጠላ ነው!
16. Kan tokkummaa hin feene dhaaba Muslimootaa keessaa ba'ee NGO haa dhaabbatu!
አንድ አልሆንም ያለ የሙስሊሙን ቤት ለቆ የራሱን NGO ይመስርት!
17. ምንም ቢከፋን ከጠላት ጋር አናብርም!
Hanga fedhe Qmiidhamnus diinaa wajjin shira hin xaxnu!
T.me/kebormedia

Telegram
Kebor Multimedia 1
#KEBORMEDIA
#Ibsaa_Daandii_Dhugaa
Tajaajila Keenna
•Odeeffannoo Qulqulluu
•Buhaartii
•Dinqisiisoo
•Barnoota Adda addaa
•Gaafi fi Deebii
Nu Hordofaa.
Facebook
👇👇👇
https://www.facebook.com/profile.php?id=100090463585308
YouTube
👇👇👇
https://www.youtube.

Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 38 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Guyyaa har’aa marsaa sadiin lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 38 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’aniiru. Kanneen keessaa daa’imman 158 fi dhiironni 880 ta’uu ragaan Ministeeraa Dhimmaa Dubartootaa fi Hawaasummaarraa argame ni mul’isa.
Hanga ammaatti hojii lammiilee Saa’ud Arabiyyaarraa biyyatti deebisuu hojjetameen lammiileen kumni 31 fi 236 deebisuun danda’ameera.
@tikvahethafaanoromoo

በአፋር ክልል ለአዲሱ የፌዴራል መጅሊስ መሪዎች የድጋፍ ሰልፍ ተጠርቷል!!
Naannoo Affaaritti hiriirri deeggarsa Hoggansa Majlisa federaalaa haaraa waamame.
T.me/Sammaan

Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai

#KeborMedia
Manni maree Muslimoota Naannoo Kibbaa Murtee Ulamootaa fi deemsa jijjiiramaa akka deeggaruuf kallattiin hundaan akka cinaa dhaabbatu ibse. Guyyaa har'aa ibsa miidiyaaf kenneen kana ibsee jira.
#KeborMedia
የደቡብ ክልል መጅሊስ ግንቦት18 2014 የተከናወነውን ጠቅላላ ጉባኤ እና ጉባኤው ያሳለፈውን ውሳኔ እንደሚደግፍ ዛሬ ግንቦት 24 2014 በኡማ ሆቴል በስጠው መግለጫ አሳውቋል

أكثروا الصلاة على النبي صلى الله عليه وسلم يوم الجمعة وليلة الجمعة.
Rasuula Sallallaahu aleeyhi wasallam irratti salawaata guyyaa jumu'aa fi halkan jumu'aa buusuu baay'isaa!
اللهم صل وسلم على نبينا محمد صلى الله عليه وسلم.
T.me/Sammaan
Rasuula Sallallaahu aleeyhi wasallam irratti salawaata guyyaa jumu'aa fi halkan jumu'aa buusuu baay'isaa!
اللهم صل وسلم على نبينا محمد صلى الله عليه وسلم.
T.me/Sammaan
Telegram
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Wixineen Baajata mootummaa Federaalaa bara 2015 Qarshii biiliyoona 786.61 akka ta’u murtaa'e
Manni Maree Ministirootaa Walga’ii idilee 9ffaa har’a gaggeesseen Baajata mootummaa Federaalaa bara 2015 Qarshii biiliyoona 786.61 akka ta’u murteesse.
Manni Maree Ministirootaa Walga’ii idilee 9ffaa har’a gaggeesseen Wixineen Baajata mootummaa Federaalaa bara 2015 Qarshii biiliyoona dhibba 7 fi biiliyoona 86 fi miiliyoona dhibba 6.1 akka ta’u murteesseera.
Manni Maree Ministirootaa Walga’ii idilee 9ffaa har’a gaggeesseen Baajata mootummaa Federaalaa bara 2015 Qarshii biiliyoona 786.61 akka ta’u murteesse.
Manni Maree Ministirootaa Walga’ii idilee 9ffaa har’a gaggeesseen Wixineen Baajata mootummaa Federaalaa bara 2015 Qarshii biiliyoona dhibba 7 fi biiliyoona 86 fi miiliyoona dhibba 6.1 akka ta’u murteesseera.
Forwarded from JAMAAL PROMO
As wr wb
Beekisa Poster
📶Kabajamtootaaf jaalatamtoota Obboleewwan Kiyya Muslimaa Warroonni Abbaa carraa ta'uu barbaaddan Sagantaan wal-dorgommii Bifa Ajaa'ibaatiin chaanaala quwwatulislaam irratti Guyyoota 15n Guyyaa Sanbataa Asraa booda Sa'aatii 11pm irratti Miseensota chaanaalatiif Sagantaan Wal-dorgommii kan Gaggeeffamuudha.
📶Akkasumas Warroonni Warroonni wal-dorgommicha irratti Hirmaachuudhaan Qabxii olaanaa Galmeessan Kan Badhaafamaniidha.
🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉
1⃣Sadarkaa 1ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 25🎁
2⃣Sad. 2ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 20
3⃣Sad.3ffaa kan bahee kaardii Abbaa 15
4⃣ sad 4ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 10
5⃣Sad.5ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 05
📶Badhaasni Isaanii Kan Armaan Olii kana fakkaata.
Kanaaf Warroonni Wal-dorgommii irratti hirmaachuudhaan Abbaa carraa ta'uu barbaaddan
Chaalaala @quwwatulislaam Ammuma join godhadhaa
👇👇👇👇👇🎁🎁🎁🎁🎁
@Quwwatulislaam
@Quwwatulislaam
@Quwwatulislaam
Beekisa Poster
📶Kabajamtootaaf jaalatamtoota Obboleewwan Kiyya Muslimaa Warroonni Abbaa carraa ta'uu barbaaddan Sagantaan wal-dorgommii Bifa Ajaa'ibaatiin chaanaala quwwatulislaam irratti Guyyoota 15n Guyyaa Sanbataa Asraa booda Sa'aatii 11pm irratti Miseensota chaanaalatiif Sagantaan Wal-dorgommii kan Gaggeeffamuudha.
📶Akkasumas Warroonni Warroonni wal-dorgommicha irratti Hirmaachuudhaan Qabxii olaanaa Galmeessan Kan Badhaafamaniidha.
🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉
1⃣Sadarkaa 1ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 25🎁
2⃣Sad. 2ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 20
3⃣Sad.3ffaa kan bahee kaardii Abbaa 15
4⃣ sad 4ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 10
5⃣Sad.5ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 05
📶Badhaasni Isaanii Kan Armaan Olii kana fakkaata.
Kanaaf Warroonni Wal-dorgommii irratti hirmaachuudhaan Abbaa carraa ta'uu barbaaddan
Chaalaala @quwwatulislaam Ammuma join godhadhaa
👇👇👇👇👇🎁🎁🎁🎁🎁
@Quwwatulislaam
@Quwwatulislaam
@Quwwatulislaam
Tibbana qondaalonni olaanoon paartii Kongiransii Federaalawa Oromoo (KFO) Obbo Baqqalaa Gabaafi Obbo Jawaar Mahaammad ''Daawwannaa Galataa'' (Thanksgiving Tour) jechuun gara Ameerikaattiifi Awurooppatti imalaniiru.
Obbo Baqqalaa Garbaa gara Ameerikaatti, Obbo Jawaar Mohaammad ammoo gara Awurooppaatti qajeeluutu himame.
Obbo Jawaariifi Obbo Baqqalaan namoota ajjeechaa aartist Haacaaluu Hundeessaa hordofee hokkara umameen shakkamuun gara waggaa fi walakkaan oliif erga hidhamanii booda dhiyeenya kan himanni isaanii adda cituun mana hidhaatii bahan keessaayi.
Osoo hin hidhamiin dura siyaasa keessatti hirmaachuuf jecha paaspoortii US qabu ture deebiisee Itoophiyaarraa osoo hin argatiin kan ture Jawaar, erga hidhaatii baheen booda yeroo jalqabaatiif biyya ollaa, Keeniyaa Caamsaa darbe keessa daawwateera.
@Gadaapost

Muslimoonni Harargee Lixaa Magaalaa Ciroo hoggantoota majlisa federaalaa haaraa deeggaruun sagalee isaanii dhageessisan.
የምዕራብ ሀረርጌ ዞን ጭሮ ከተማ ሙስሊሞች ለአዲሱ የስራ አስፈፃሚ አባላት የድጋፍ ድምፃቸውን አሰምተዋል።
🔴 ቴሌግራም T.me/ahmedin99

Ahmedin Jebel - አሕመዲን ጀበል
ይህ ይፋዊ የአሕመዲን ጀበል የቴሌግራም ገፅ ነው!
Forwarded from AL-RISALA HUMANITY CENTER (Sáìd leader)
Bara 1978ti dhalate.
Bara 2001 Islaamummaa qabate.
Akkuma amaneen Amantii Islaamaa akka gaariitti baratee, gara Islaamummaatti nama yaamuu eegale. Namoota hedduu amansiiseera.
Namoota kuma 3 oltu harka isaa irratti Islaamummaa fudhate.
#Muhaadaraa isaa keessatti yeroo tokkotti namoota 1000 Islaamummaa qabate.
Biyya Almaaniyaa keessatti Amantii Islaamaa babal'isuun sadarkaa 1ffaa irra jira. hanga «Faatihu Almaaniyaa»
(Nama Islaamummaadhaan Almaaniyaa bane jedhamee) moggaafame.
Yeroo ammaa kana biyya Almaaniyaa keessatti karaalee isii keessa dhaabbatee Islaamummaa lallabuu irratti argama.
Amma tana Umriin isaa 44 gahee jira.
Abu Hamza (HAFIZAHULLAAHU).
《الداعية الألماني ابو حمزة صلاح الدين 》@Alrisala1
«الفاتح الإسلامي في ألمانيا

Paartileen mormitootaa 10 adeemsi marii biyyaalessaa akka sirratu gaafatan
Adeemsi marii biyyaalessaa hundeeffama Komishinii dhimma kana qindeessu irraa eegalee rakkoo qaba kan jedhan Paartileen Siyaasaa Mormitootaa Itoophiyaa, dhimma kana sirreessuuf Gamtaa Paartilee Mormitootaa hundeessuu ibsaniiru.
Paartileen mormitootaa 10 ta'uun ibsa waliin baasan KFO, Paartii Haqaa fi Dimokiraasii Uummata Affaar, Paartii Aranaa Tigraay, Dhaabbata Dimokiraatawaa Uummata Doongaa, Hibir Itoophiyaa, Paartii Uummata Affaar, ABO, Adda Bilisummaa Ogaadeen, Warraaqsa Biyyaalessaa Uummata Walaayittaa fi MEDREK jedhamu.
Waraana yaaddessaa biyyattii itti ce'aa jirtuuf falli marii karaa nagaati kan jedhu ibsi paartilee kun, paartii biyya bulchaa jiru dabalatee paartileen biyyattii adeemsa mariibiyyaalessaa kan eegalan ta'us garuu mariin kun ammas gamanumaa rakkoo keessa galaara jedha.
Paartileen kunneen kurnan walitti dhufuun Gamtaa kan hundeessan, adeemsa marii biyyaalessaa, akkaataa hundeeffama komishinii qindeessituu marichaa fi qaamolee hirmaachuu qaban irratti dogoggoroota jiran akka sirrataniif dhiibbaa uumuuf ta'uu himan.
Adeemsi marii fi waliigaltee biyyaalessaa jalqaba irraa eegalee haga dhumaatti qaamolee dhimmi ilaallatu mara kan hirmaachisu ta’uu qaba kan jedhu ibsi kun, ''garuu jalqabuma irraa eegalee haalli itti komishiniin marii fi waliigaltee biyyaalessaa hundeeffame amanamaa miti, jedha.
''Komishiniin hundeeffame jedhamu kun qaamolee sochii siyaasa biyyattii irraa ugguramanii fi qaamolee mootummaa waliin wal waraanaa jiran akka quunnamuufi mariisisuuf qajeelfamni tumame tokkollee hin jiru,'' jedha ibsi kun.

Mootummaa Paakistaan Kan ture Imran Khan Arrabsoo Mootummaan Hindii Ergamaa Rabbiirratti (Saw) oofaa jiruu fi Gocha Suukanneessaa Muslimoota Hindii irratti Paartiin bulchitootaa BJP n raawwachaa Jirtu Akkaan balaaleffate.
"Dhimma kana salphisanii ilaaluun, Badii (Aad malummaa) babal'isuu wajjiin tokkuma" jechuun dubbatana.
Rasuula kiyyarraa harka keessan Kaafadhaa (Sallallaahu aleyhi wasallam
@JemalSheikhBakri1

Forwarded from Hakaan Bakri
#Gooticha
Abbaan qabeenyaa Yamanii kan ta'e Hojjattoota Kaampaanii isaa kan ta'an Yamanoota Muslimoota hin ta'in Hunda Isaanii Iqaamaa isaanii haqee tikeeta mureefi gara biyya isaanii galche, lamuu akka hin deebines godhee jira. Ammaan bood Hindiirraa meeshaa takkallee hin bitu jedhe 💪
#إلا_رسول_الله_يا_مودي