Forwarded from Waa islaamaa islamic post
#WAY_BARA_SAN
Guyyatu Akkaataa Qaba
Akkaatatu Seenaa Qaba
Leenjii Dargaggoota Oromiyaa Marsaa 5ffaa
Magaalaa seena Qabeettii Hasaasaatti Bara San
Gaggeeffame.
Maal tahe Laata FTQI n.
t.me/waislaama1

✅Luqmaanal Hakiim ilma isaanii yoo gorsu.
💥Yaa ilma koo!
Soba irraa gonkumaa fagaadhu.Sobni diina/alagaa malee jaalallo,jibbiinsa malee jaalala hin jajjabeessu.Sirna qabrii irratti yeroo hundaa argami;du'a boruu si yaadachiisaa.Iddoo cidhaa fi sirbaa irraa fagaadhu.Cidhi gammachuu hoongoo addunyaa akka yaadattu si godha.Allaahaa(S.W) biratti yoo dhihaattu hojii fuutee deemtu irraa si dagachisiisa.hamma si barbaachisuu ol hin nyaatin.

Fazakkir / yaadachiisi [Qalbii]
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
#Bakki qalbii ilma namaa yoo bal'atte, bahaa fi dhiharra bal'oo, yoo rakkatte ammoo qaawwa lilmo irra rakkoo
Obboleessa islaamaatiif namni nagaya yaadu, gubbaan isaa nagaya taye, keessis nagaya taye, cufa namaa yookaa hunda namaa biratti ulfina, jaalala arkata, hoggaa jaalala asii argate Rabbi biraa jaalala argata
#Jaalalti namaa sansallanni isiidhaa Rabbi biraa dhufti, asirratti uumamuu hin danda’u Rabbi biraa gadi deemti, Rabbi hoggaa gabricha tokko jaalate Jibriilitti lallabba, Yaa jibriil Rabbiin nama kana ni jaalataa, jaaladhu atis jedha ajajaan, Jibriil hoggaa jaalate Malaa'ikatti gadi lallaba, Yaa Malaa'ikaa Rabbiin nama kana ni jaalataa isinis jaaladhaa jedhaan Malaa'ikaan ni jaalatti, sana booda jaalalti dachitti gadi namaa buuti
#Raabsiin jaalalaa gubbaa gadi deemti malee, jalaa ol hin deemtu, Rabbi biraa raabsamti
#hariiroo siif rabbi gidduu tolchi rabbii kee qabadhu, karaa bareedaa deemi obboleessa islaamaa kanaan milkaayuu dandeenya.
@Sammaan

Lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 68 gara biyyaa deebi’aniiru.
Deebitoota keessaa kumni 1fi 67 dhiirota yoo ta’an, tokko ammoo daa’ima jedhame.
Hanga ammaatti hojii lammiilee deebisuu hojjetameen lammiileen, kumni 26 fi 868 ol deebisuun danda’ameera.
Maddi:- Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa.
@tikvahethafaanoromoo

Barattoonni kutaa jiranitti barnoota isaanii irraa deebi’u jechuun odeeffannoon adeemaa jiru soba jedhame.
Biiroon Barnootaa Bulchiinsa Magaala Finfinnee Barana barattoonni daree jiranitti barnoota isaanii irraa deebi’u jechuun odeeffannoon adeemaa jiru soba ta'uu himeera.
Barattoonni odeeffannoo sobaa kanaan utuu hin burjaaja’in barnoota isaaniif xiyyeeffannaa kennuun bu’aa caalu galmeessuuf tattaffachuu akka qabanis biirochi hubachiiseera.
◈ ━━━━━━━━ ● ━━━━━━━━ ◈
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
📡MIIDIYAA📡JOIN👇SHARE
@ABDII_SABAA1
@ABDII_SABAA1
@ABDII_SABAA1
📚KITAABA BARATAA📚
https://t.me/+G5ZeAWrgdBswODU0
➦ Hiriyyoota keef hiruu hin dagatin,
◈ ━━━━━━━ ⸙ ━━━━━━ ■

Beeksisa: Interview Jawar Mohammed guyyaan gadi dhiifamu har'aa miti. Guyyaan Interview Jawar Mohammed gadi lakkifamu Guyyaa kamisaati. Guyyaa Kamisaa Interview kan godhamu kallattiidhaanii abdiin eegaa!
@Sammaan
@Sammaan
Forwarded from BABA TRAVEL AGENT ✈️
Kadhimamtoota sagantaa digirii jalqabaa 2014 simataman.pdf
8.7 MB
#Beeksisa
Barattoonni Digirii Jalqabaa KBB addaaddaatti ramadamtan iddoo ramaddii keessanii ilaallattanii gaafa 22-24/09/2014tti KBB itti ramadamtanitti argamuun akka galmooftan isin beeksisna
◈ ━━━━━━━━ ● ━━━━━━━━ ◈
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
📡MIIDIYAA📡JOIN👇SHARE
@ABDII_SABAA1
@ABDII_SABAA1
@ABDII_SABAA1
📚KITAABA BARATAA📚
https://t.me/+G5ZeAWrgdBswODU0
➦ Hiriyyoota keef hiruu hin dagatin,
◈ ━━━━━━━ ⸙ ━━━━━━ ■
Barattoonni Digirii Jalqabaa KBB addaaddaatti ramadamtan iddoo ramaddii keessanii ilaallattanii gaafa 22-24/09/2014tti KBB itti ramadamtanitti argamuun akka galmooftan isin beeksisna
◈ ━━━━━━━━ ● ━━━━━━━━ ◈
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
📡MIIDIYAA📡JOIN👇SHARE
@ABDII_SABAA1
@ABDII_SABAA1
@ABDII_SABAA1
📚KITAABA BARATAA📚
https://t.me/+G5ZeAWrgdBswODU0
➦ Hiriyyoota keef hiruu hin dagatin,
◈ ━━━━━━━ ⸙ ━━━━━━ ■
Forwarded from 𝐎𝐃𝐀𝐀 𝐍𝐄𝐖𝐒
#Oromumaa!!
Oromummaa, Jaalala, Tokkummaa hooggantoota fi qabsaa’ota oromoo gameeyyii irraa haa barannu!!
Jawar Mohammed fi Kol. Gammachuu Ayyaanaa!!
#ABO fi #KFO
Qabsaa’aa gameessaa fi qondaala Ol’aanaa Adda Bilisummaa Oromoo Koloneel Gammachuu Ayyaanaa hidhaa waggaa lamaa booda har’a Hidharraa akkuma baheen Hayyuu siyaasaa fi qondaala Kongirasii federaalaa Oromoo Ob. Jawar mahammad waliin wal argan.
Hayyoonni oromoo kunniin sababa ummata isaanif dandeetti fi ogummaa qabaniin falmaniif jecha hidhatti darbamanii dararaa argaa turan.
Baga wal argitan jennaan.

Hooggantoota Majlisa Fedraalaa tahanii warra muudaman
#Sheek_Hajjii_Ibraahim_Tufaa
pirizdaantii Majlisa fedraalaa.
#Abdalkariim_Sheek_Badraddiin
itti aanaa pirizdaantii Majlisa fedraalaa
Alhamdulillaahi
isaaniis warra tokkummaa muslimaa irratti
hojjatu rabbiin isaan haa taasisu. Filannichi ji'a 3'f hanga Filannoon Majlisaa geggeeffamu pirezidaantii mana Marii Dhimmoota Islaamaa Itoophiyaa (Majlisa Federaalaa) ta'uun filamanii jiru
@Alrisala

Manni maree dhimmoota islaamummaa Itiyoophiyaa sanada dambii Ittiin bulmaata.mana marechaa erga mirkaneessee
booda har'a miidiyaaleef ibsa kenneera. Kanumaanis koree hoji raawwachiistuu 15 filachuu heroofi Ulamoota Fatwaa filateera.
Koreen Hoji Raawwachiistuu kunneenis
***
1. Sh/Hajjii Ibraahiim(Oromiyaa)
2. Sh/Abdulkariim Badraddiin (Kibba)
3. Sh/Almardii. Abdullaahii (Banii Shangul)
4. Dr.Jeylaan Galataa (Oromiyaa)
5. Sh/Sa’iid Ahmed Musxafaa (Finfinnee)
6. Sh/Abdulaziiz (Soomaalee)
7. Sh/Nuuraddiin Daliil (Hayyuu)
8. Sh/Muhammad Ahmad Yaasin (Affaar)
9. Sh/Muhammad Siraaj (Finfinnee)
10. Sh/Muhammad Awwaloo (Amaaraa)
11. Sh/Ahmad Muhammad Alii(soomaalee)
12. Dr.Jamaal Muhammad (Hayyuu)
13. Sh/Amiin Ibroo (Dirre Dhawaa)
14. Sh/MuhammadAmiin Sayyid Ayyaash (Hararii)
15. Inj. Anuwaar Musxafaa (Hayyuu)
Koree Fatawaa keessatti
*
1. Muftii Haji Umar
2. Dr. Jeylaan Kadir
3. Sh/Muhammad Haamiddiin
4. Sh/Mannaa’ul Kariim

Forwarded from AL-RISALA HUMANITY CENTER (Sáìd leader)
Gabaabumatti qabxiilee 5 Haasawa gurbaa diimaa irraa waaniin hubadhe:
➖➖➖➖➖❤️➖➖➖➖➖
1, Hidhamuu isaa ija gaariin laalee bira khutuu.
2, Wanni calliseef hawaasni daran miira biraa keessa akka hin galleef, If keessa deebi'ee if gilgaaluuf akkasuma yeroof offline hojjachuuf.
3, Marii fi karaa nagayaatin furumaata argamu malee, murna hidhannoon deemu tokkollee akka hin deeggarre jala muree ibse.
4,Mana hidhaatti kitaaba lama akka barreeyse.
5,Dhumarratti dhaaba isaa KFO bakka bu'ee waahillan isaa waliin hawaasa Diaspora mariisisuuf akka deemu ibse.
-----------
Baga Rabbi nagayaan nu kheeysatti isa deebise. Umrii barakaa imala milkii Rabbi haa waffaqu.

Dr Liyaa Tadessen Boordii hojii raawwachiiftuu Dhabbata fayyaa adunyaa ta’uun filatamte.
Itiyoophiyaan walatajjii Dhabbata fayyaa adunyaa Caamsaa 14/2014 irra kaasuun Jenevaatti raawatamaa tureen Dr Liyaa Tadesse boordii koree hojii raawwachiftu kessatti filachiftertti.
Boordiin kuun ogeyyii fayyaa 34 dandetti adda qaban adunyaa gutuu irra waggaa sadiin filachuun kan hunda'uudhaan.
@Gadaapost

Tooftaalee dogoggora ta'aachuuf fayyadan
◇dogoggora kee dafii amani
◇waa'ee dogoggorichaa yaadaa hin oolin
◇irraa baradhu
◇gonkumaa irra deebitee dogoggora akka hin qabne murteefadhu
◇dogoggora uumameef namoota biroo hin yakkin ykn namoota birootti hin qabatin.
@Jechoota_gamnaa
T.me/Sammaan

Telegram
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai

Forwarded from BBC AFAAN OROMOO
Pireezidantiin Itti-aantuu Ameerikaa Kaamaalaa Haariis gaaffii mararteen guutameen meeshaaleen waraanaa, waraanaaf tolfaman kan ‘assault weapon’ jedhaman akka ugguraman gaafatte.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/ZL2mo4a

BBC News Afaan Oromoo
Pireezidantiin Itti-aantuu Ameerikaa rasaasni ‘saffisaan namoota baayyee ajjeesu’ akka ugguramu gaafatte
Pireezidantiin Itti-aantuu Ameerikaa Kaamaalaa Haariis gaaffii mararteen guutameen meeshaaleen waraanaa, waraanaaf tolfaman kan ‘assault weapon’ jedhaman akka ugguraman gaafatte.
Forwarded from Ahmedin Jebel - አሕመዲን ጀበል
«Mahbara Qiddusaaniifi Diyaaqonoonni Moo'aa Tawaahidoo, miseensonniifi deeggartoonni isaanii itti gaafatamtoota olaanoo majlisaa ta'animoo? Osoo nuti hin beekin majlisni dabarfamee isaanitti gurgurame?» nama jechisiisa
💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢
Wanti tokko «seera qabeessa» yookaan «seeraan ala» jedhamuuf seerri dhimmichi ittiin madaalamee ejjannoon kun qabatamu jiraachuu qaba. Madaalliin isaa (seerri, dambiin, qajeelfamniifi kkf) yoo hin jirre wanti tokko cal'ifamee «seeraan ala» jedhamuu hin danda'u. Akkuma kana ragaa tokkoon maleetti gocha tokkotti moggaasa «seeraan ala» jedhu qofa moggaasuudhaan akkati fudhattu qaamni si godhu yoo jiraate qaamni sun «seeraan ala» ykn «seera qabeessa» kan inni jechaa jiru fedhii dhuunfaa irraa ka'eeti jechuudha. Osoo seerri hin cabin «seeraan ala» jedhanii farrajuun mataan isaayyuu seeraan ala.
Namni sadarkaa kamirrayyuu jiru fedhii isaatiin ykn ejjannoo isaatiin «seeraan ala» jedhee waan farrajeef qofa akka seeraan ala ta'uuf kan fedhu yoo ta'e qaamni sun dantaa seeraa kan hin qabne, da'oo jechoota seeraatiin hojmaata sirna fiwudaalaa milkeessuuf qaama tattaafataa jiru jechuudha. Jecha isaa fudhatanii namoonni isaa waliin «seeraan ala» jedhan, qaamolii mootummaas ta'u miidiyaaleenis jiraannaan seeraafi hojmaata dhaabbataatiif kanneen dantaa hin qabne, yookiin ejjannoon nama sanii fedhii isaanii waliin waan wal simeef qofa kanneen dubbatan ta'uu hubachuun hin ulfaatu.
Qaamni waa’ee dhaabbata tokkoo hubannoofi odeeffannoo hin qabne kamuu osoo ejjannoo hin qabatin dhimmicha irratti seeraafi dambii dhaabichaa, waa'ee caaseffama aangoofi qaamota mirgi murteessuu seeraan kennameef keessaa ejjannoofi murteen caalmaa isaanii maal akka ta'e ilaaluu qaba. Dhimma majlisaas wanni ta'uu qabu kanuma.
Majlisni yaa'ii walii galaa, hoji raawwachiistuufi hoogganaa qaba. Hoogganaa gubbaa hoji raawwachiistonni, hoji raawwachiistotaa ol ammoo yaa'iin walii galaa aangoon isaanii olaanaadha. Yaa'iin walii galaas yaada sagalee caalmaadhaan deeggarantu isaan faallessanii ol fudhatamummaa qaba. Egaan ifaan ifatti, hoogganaa majlisaa Haji Umar Idriisii ol hoji rawwaachiistonni, hoji raawwachiistota caalaa ammoo yaa'ii walii galaatu aangoo caalu qaba.
Kana osoo hin kabajin akka amma Haji Umar gochaa jiran «ani» sagalee caalmaa yaa'ii walii galaatii «oli» yookiin yaa'ii walii galaa kan aangoodhaan isaan caaluunis «murtoon isaa seeraan ala, seera qabeessi anuma qofa» yoo jedhan «sila seera isa kamiin?» jettee osooti gaafattee odeeffannoo siif dhiheessan hin qaban. «Ani hoogganaa garee ebeluuti, miidiyoonni baay’een, namoonni siyaasaa hedduufi dhaabbattooni na deeggaru, dhageettiin qaba, hordoftoota waanin jedhe dhaga'anin qaba» kan jedhu malee ragaa tokkollee hin qaban.
Dhimma majlisaatiin wal qabatee hojmaata dhaabichaa, olaantummaa seeraafi fedhii hawaasa Musliimaa yoo ati kaastu namoota dhimmicha amala ykn eenyummaa dhuunfaa muftiitiin madaaluu barbaadan, bitaafi mirgaa dhaga'e waliin madaalee «dhugaan bakka kam jira?» jedhee ejjannoo qabachuu caalaa, sagalee ulamoota miseensa yaa'ii waliigalaa majlisaa 2/3ffaa ta'anii osoo beekanii akka hin barretti darbantu jiru. Murtoo mana maree dhimmoota islaamaa naannoolee faallessanii, bara 2004 irraa eegalee hawaasni muslimaa ifatti «mirgi hooggantoota koo bilisaan filachuu naaf haa kabajamu» jedhee waldhaansoo inni taasisaa tureefi gatii kaffalames dabalatee osoo homaatti hin lakkaa'in dhimmicha haguuganii darbuuf yaalu.
Keessumaayyuu ammoo miidiyoonnifi namoonni qabsoo sana deeggaraa turan tokko tokko dhimmicha dhimma dhaabbataa irra dhimma gareefi dhuunfaa gochuun dubbii muftii miidiyaa irratti beekan qofan, dhimma islaamaa gadi fageenyaan hin beeknetti dunuunfatanii lixuu irra darbanii dhugaa faallessanii dhaabbachuu isaanii agarsiisuun jalqabumarraa qabsoo ummata muslimaa kan isaan deeggaraniif mootummaa Wayyaanee kan yeroo sanaa kuffisuuf barbaadan ''gama kanaan dadhabsiisuuf nu gargaara'' yaada jedhu malee haqaaf, bilisummaaf akkasumas dimokraasiif akka hin dhaabbanne ifa ta'aa jira.

«Muftii haa tumsinu» jechuun naannoo mana amantaa kiristiyaanaatti koreen yoo dhaabbatu «dhimmi kun kan muslimotaati, nu hin ilaallatu» jechuun waahillan koo kiristiyaanaa adeemsa isaanii kana morman waa'ee dhimmichaa ji'oottaniin dura dursanii odeeffannoo naaf erganii turan. Waahillan gaggaarii akkanaafi kiristaanonni baay'een manni amantaa isaanii akka isaaniif cimu barbaadan tokkummaa dhaabbataa ofiif barbaadan «majlisaaf ni jibbu» jedhee yaaduu hin danda'u. Inumaayyuu tibbana gaazexeessaa Faasil Yenee Aalam ejjannoo isaa kanaan walfakkaatuu ibseera. Akka itti aanutti barreessee ture:
''Obboloottan koo muslimaatiif kanin dhaamu waan tokko. Dhaabbileen amantaa cimuun nagaafi tasgabbii biyyaatiif faayidaan inni qabu guddaadha. Sinoodoosiin mana amantaa ortodoksii Itiyoophiyaa gargar ba'uun mana amantichaafi Itiyoophiyaa hagam akka miidhee ture kan beekamuudha. Majlisni keessanis bakka lamatti qoodamuun dhaabbatichas ta'ee biyyattii haalaan miidha. Kanaafuu jiddu seentummaa eenyuuyyuu osoo hin barbaadin rakkoo keessan ofumaa keessanii furuuf yaalaa. Hayyoonni muslimaa dhaabbata tokkoo mitii biyya hoogganuu danda'an baay’eetu jiru. Isaanitti fayyadamaa'' jedhe.
Ta'ullee tibbana akkuma qabatamaan mul'achaa jiru miidiyoonniifi namoonni finxaaleyyiin naannawa waldaalee kiristaanaa jiran muslima dhaabbata dadhabsiisuun waan madda jabinaa isaaniif ta'u se'anii daangaa dabarfachuun dhimma majlisa muslimaafi mirga dhaabbataa iffatti maqaa masoo isaanii «Diyaaqoon» jedhuufi gaarii fakkaachuun bobbaa damee miidiyaatiin eegalan dagatanii akka ustaazaafi aktiivistii muslimaa tokkootti miidiyaarraa yeroo wacan arguun nama saalfachiisa.
Ati muslimni maal jedhuun sakaalamtee gaafa dhimma dhaabbata keetii dagamtu isaan dhaabbata kee irraa iyyu. ««Mahbara Qiddusaaniifi Diyaaqonoonni Moo'aa Tawaahidoo, miseensonniifi deeggartoonni isaanii itti gaafatamtoota olaanoo majlisaa ta'animoo? Osoo nuti hin beekin majlisni dabarfamee isaanitti gurgurame?» jettee dinqamuuyyuu dandeessa.
Amantaa isaaniitiin osoo hin taane amantaa nama biraatiin waan gaariifi irra caalaa karoorfachuu irra taree jiddu seentummaan isaanii ummata muslimaatiif osoo hin taane maaltu akka isaan fayyadu buusanii baasuun «muftii haa deeggarru» jechuun sadarkaa koreetti hunda'anii walii galanii qaamonni hojjachaa jiran fedhiin isaanii yaada akkamii irraa akka madde naaf gala. Fedhiin isaanii amantaa bira waan darbuuf «dhimmi faayidaafi fedhiin keenya keessa jiru hunduu keenya» ergama jedhuun kan hoogganaman, «daangaan keenya hanga faayidaan keenya jirutti» ilaalcha jedhuun garee ijaaramaniidha. Kaayyoon siyaasaa isaan muslima fayyadamuun adeemsisuu barbaadan kan dhugoomu yoo majlisni dadhabaafi dulloomaan jiraateedha. Fedhiin isaanii kun akka galma ga'uuf beekees haa ta'uu osoo hin galiniif qaamni majlisni akka hin cimneef gufuu ta'u aangoo qabuun, miidiyaafi kallattiilee garaa garaatiin isaan deeggaru. Muftiinis dhimma majlisaa irratti «nu cinaa dhaabbadhaa» jedhanii kiristiyaanotas dabalatee waamicha gochuun isaanii «waamichi nuuf dhiyaateera» kan jedhuun ifatti qaama rakkochaa ta'anii dhaabbachuuf kan isaaniif mijate fakkaata.
Miidiyaan muraasni ammoo fedhii isaanii onnatanii eeggachaafi hawwaa turan dubbii nama tokkoo irratti qofa hunda'anii «majlisni bakka lamatti qoodame» jedhanii oduu tamsaasu. Kanneen biroo ammoo rakkoo waldhaansoo siyaasa sabummaa keessa galan keessa taa'anii godaanaatumayyuu dhimma majlisaa osoo hin dagatin kan isaan qaama barbaadaniif sagalee ta'an argita. Muslimota gocha badaa isaanii kana deeggaran walitti qabuufis kan dhama'an agarta.
Qajeelfamoota isaniitiin durfamtee dhimma mana amantaa isaanii (beeta Kiristiyaanii) fi sinoodoosii jidduu seenuun qaama tokko deeggaruun hirriba dhabdee ganamaa galgala ajandaa isaa osoo hafarsitee kan biraa dhiisiitii namoonni beekamoon har'a gaarii fakkaatan miidiyoonniyyuu bifa kamiin akka deebii siif kennuu danda'an yaadimee.