Dawaa Qalbii
9.16K subscribers
2.06K photos
37 videos
31 files
2.78K links
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓

@Rabbiiftai
Download Telegram
#Qalbii_Qulqulluu

➛Qulqullinni qalbiidhaa qananii guddoodha...."! Alhamdulillaah
‏"نَقَاءُ القلبِ نعمةٌ عظيمةٌ" ❤️‌‌
"Purity of the heart is a great blessing" ❤️‌‌
Kanaafuu ati.namaaf yeroo kamuu qalbii Qulqulluu qabaadhu.
Join👉#tafakur
" Eddoma jirtanirraa Nagayaa fi Rahmata narratti buusaa. Bakkuma ani jirutti Nagayaa fi Rahmanni keessan na dhaqqaba waan ta'eef " !!

Ogeessa addunyaa
Hangafa Uumamtootaa
Sammuu Banii Aadam
Nabi Muhammad
صلى عليه الله ربي وسلما
ما نزل ماء عن جبل وتمتما
Join || @Sano_Haji7
Ilmi namaa hamma waan hamaa baruuf halkanii guyyaa fiigaa oolu waan gaarii beekuuf sardama tahee silaa hunduu waliif yaaduufi garraamummaadhaan Waliif ho'a ture. Amma garuu qooda waan qajeelaa shaakaluu irratti yeroo isaa fixu waan dabaafi Wal balleessuu irratti fixaa Jira waan taheef namni boqonnaa argatu hin jiru.
Ati haga dandeessu waanuma gaarii yaadi,waanuma gaarii hojjechuus baradhu.
https://t.me/Sammaan
Forwarded from AL-RISALA HUMANITY CENTER (Sáìd leader)
#‏أخي_المسلم:
‏احرص هذه الفضائل ‌ #يوم_الجمعه⁩ لتكسب أجوراً عظيمة:

‏✓ غسل يوم الجمعة
‏✓ الطيب
‏✓ السواك
‏✓ لبس الجميل
‏✓ التبكير إلى المسجد
‏✓ الإنصات للخطبة (وجوبا)
‏✓ قراءة سورة الكهف
‏✓ كثرة الصلاة على النبي ﷺ
‏✓ الصدقة
‏✓ ولا تفوتك ‌ #ساعة_الاستجابه⁩ (آخر ساعة من يوم الجمعة)

#‏تقبل_الله_منا_ومنكم.

🌺ʝσιи🌺
@Alrisala1
#WAY_BARA_SAN
Guyyatu Akkaataa Qaba
Akkaatatu Seenaa Qaba
Leenjii Dargaggoota Oromiyaa Marsaa 5ffaa
Magaalaa seena Qabeettii Hasaasaatti Bara San
Gaggeeffame.
Maal tahe Laata FTQI n.
t.me/waislaama1
Luqmaanal Hakiim ilma isaanii yoo gorsu.

💥Yaa ilma koo!

Soba irraa gonkumaa fagaadhu.Sobni diina/alagaa malee jaalallo,jibbiinsa malee jaalala hin jajjabeessu.Sirna qabrii irratti yeroo hundaa argami;du'a boruu si yaadachiisaa.Iddoo cidhaa fi sirbaa irraa fagaadhu.Cidhi gammachuu hoongoo addunyaa akka yaadattu si godha.Allaahaa(S.W) biratti yoo dhihaattu hojii fuutee deemtu irraa si dagachisiisa.hamma si barbaachisuu ol hin nyaatin.
Fazakkir / yaadachiisi [Qalbii]
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
#Bakki qalbii ilma namaa yoo bal'atte, bahaa fi dhiharra bal'oo, yoo rakkatte ammoo qaawwa lilmo irra rakkoo

Obboleessa islaamaatiif namni nagaya yaadu, gubbaan isaa nagaya taye, keessis nagaya taye, cufa namaa yookaa hunda namaa biratti ulfina, jaalala arkata, hoggaa jaalala asii argate Rabbi biraa jaalala argata

#Jaalalti namaa sansallanni isiidhaa Rabbi biraa dhufti, asirratti uumamuu hin danda’u Rabbi biraa gadi deemti, Rabbi hoggaa gabricha tokko jaalate Jibriilitti lallabba, Yaa jibriil Rabbiin nama kana ni jaalataa, jaaladhu atis jedha ajajaan, Jibriil hoggaa jaalate Malaa'ikatti gadi lallaba, Yaa Malaa'ikaa Rabbiin nama kana ni jaalataa isinis jaaladhaa jedhaan Malaa'ikaan ni jaalatti, sana booda jaalalti dachitti gadi namaa buuti

#Raabsiin jaalalaa gubbaa gadi deemti malee, jalaa ol hin deemtu, Rabbi biraa raabsamti

#hariiroo siif rabbi gidduu tolchi rabbii kee qabadhu, karaa bareedaa deemi obboleessa islaamaa kanaan milkaayuu dandeenya.
@Sammaan
Lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 68 gara biyyaa deebi’aniiru.

Deebitoota keessaa kumni 1fi 67 dhiirota yoo ta’an, tokko ammoo daa’ima jedhame.

Hanga ammaatti hojii lammiilee deebisuu hojjetameen lammiileen, kumni 26 fi 868 ol deebisuun danda’ameera.


Maddi:- Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa.

@tikvahethafaanoromoo
Barattoonni kutaa jiranitti barnoota isaanii irraa deebi’u jechuun odeeffannoon adeemaa jiru soba jedhame.

Biiroon Barnootaa Bulchiinsa Magaala Finfinnee Barana barattoonni daree jiranitti barnoota isaanii irraa deebi’u jechuun odeeffannoon adeemaa jiru soba ta'uu himeera.

Barattoonni odeeffannoo sobaa kanaan utuu hin burjaaja’in barnoota isaaniif xiyyeeffannaa kennuun bu’aa caalu galmeessuuf tattaffachuu akka qabanis biirochi hubachiiseera.


◈ ━━━━━━━━ ● ━━━━━━━━ ◈
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
📡MIIDIYAA📡JOIN👇SHARE
@ABDII_SABAA1
@ABDII_SABAA1
@ABDII_SABAA1

📚KITAABA BARATAA📚
https://t.me/+G5ZeAWrgdBswODU0


➦ Hiriyyoota keef hiruu hin dagatin,

◈ ━━━━━━━ ⸙ ━━━━━━ ■
Beeksisa: Interview Jawar Mohammed guyyaan gadi dhiifamu har'aa miti. Guyyaan Interview Jawar Mohammed gadi lakkifamu Guyyaa kamisaati. Guyyaa Kamisaa Interview kan godhamu kallattiidhaanii abdiin eegaa!
@Sammaan
Forwarded from BABA TRAVEL AGENT ✈️
Kadhimamtoota sagantaa digirii jalqabaa 2014 simataman.pdf
8.7 MB
#Beeksisa

Barattoonni Digirii Jalqabaa KBB addaaddaatti ramadamtan iddoo ramaddii keessanii ilaallattanii gaafa 22-24/09/2014tti KBB itti ramadamtanitti argamuun akka galmooftan isin beeksisna


◈ ━━━━━━━━ ● ━━━━━━━━ ◈
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
📡MIIDIYAA📡JOIN👇SHARE
@ABDII_SABAA1
@ABDII_SABAA1
@ABDII_SABAA1

📚KITAABA BARATAA📚
https://t.me/+G5ZeAWrgdBswODU0


➦ Hiriyyoota keef hiruu hin dagatin,

◈ ━━━━━━━ ⸙ ━━━━━━ ■
#Oromumaa!!
Oromummaa, Jaalala, Tokkummaa hooggantoota fi qabsaa’ota oromoo gameeyyii irraa haa barannu!!

Jawar Mohammed fi Kol. Gammachuu Ayyaanaa!!
#ABO fi #KFO

Qabsaa’aa gameessaa fi qondaala Ol’aanaa Adda Bilisummaa Oromoo Koloneel Gammachuu Ayyaanaa hidhaa waggaa lamaa booda har’a Hidharraa akkuma baheen Hayyuu siyaasaa fi qondaala Kongirasii federaalaa Oromoo Ob. Jawar mahammad waliin wal argan.
Hayyoonni oromoo kunniin sababa ummata isaanif dandeetti fi ogummaa qabaniin falmaniif jecha hidhatti darbamanii dararaa argaa turan.
Baga wal argitan jennaan.
Hooggantoota Majlisa Fedraalaa tahanii warra muudaman

#Sheek_Hajjii_Ibraahim_Tufaa
pirizdaantii Majlisa fedraalaa.
#Abdalkariim_Sheek_Badraddiin
itti aanaa pirizdaantii Majlisa fedraalaa
Alhamdulillaahi
isaaniis warra tokkummaa muslimaa irratti
hojjatu rabbiin isaan haa taasisu. Filannichi ji'a 3'f hanga Filannoon Majlisaa geggeeffamu pirezidaantii mana Marii Dhimmoota Islaamaa Itoophiyaa (Majlisa Federaalaa) ta'uun filamanii jiru

@Alrisala
@Sammaan
Manni maree dhimmoota islaamummaa Itiyoophiyaa sanada dambii Ittiin bulmaata.mana marechaa erga mirkaneessee
booda har'a miidiyaaleef ibsa kenneera. Kanumaanis koree hoji raawwachiistuu 15 filachuu heroofi Ulamoota Fatwaa filateera.

Koreen Hoji Raawwachiistuu kunneenis
***
1. Sh/Hajjii Ibraahiim(Oromiyaa)
2. Sh/Abdulkariim Badraddiin (Kibba)
3. Sh/Almardii. Abdullaahii (Banii Shangul)
4. Dr.Jeylaan Galataa (Oromiyaa)
5. Sh/Sa’iid Ahmed Musxafaa (Finfinnee)
6. Sh/Abdulaziiz (Soomaalee)
7. Sh/Nuuraddiin Daliil (Hayyuu)
8. Sh/Muhammad Ahmad Yaasin (Affaar)
9. Sh/Muhammad Siraaj (Finfinnee)
10. Sh/Muhammad Awwaloo (Amaaraa)
11. Sh/Ahmad Muhammad Alii(soomaalee)
12. Dr.Jamaal Muhammad (Hayyuu)
13. Sh/Amiin Ibroo (Dirre Dhawaa)
14. Sh/MuhammadAmiin Sayyid Ayyaash (Hararii)
15. Inj. Anuwaar Musxafaa (Hayyuu)

Koree Fatawaa keessatti
*
1. Muftii Haji Umar
2. Dr. Jeylaan Kadir
3. Sh/Muhammad Haamiddiin
4. Sh/Mannaa’ul Kariim
@Sammaan
Forwarded from AL-RISALA HUMANITY CENTER (Sáìd leader)
Gabaabumatti qabxiilee 5 Haasawa gurbaa diimaa irraa waaniin hubadhe:
❤️
1, Hidhamuu isaa ija gaariin laalee bira khutuu.
2, Wanni calliseef hawaasni daran miira biraa keessa akka hin galleef, If keessa deebi'ee if gilgaaluuf akkasuma yeroof offline hojjachuuf.
3, Marii fi karaa nagayaatin furumaata argamu malee, murna hidhannoon deemu tokkollee akka hin deeggarre jala muree ibse.
4,Mana hidhaatti kitaaba lama akka barreeyse.
5,Dhumarratti dhaaba isaa KFO bakka bu'ee waahillan isaa waliin hawaasa Diaspora mariisisuuf akka deemu ibse.
-----------
Baga Rabbi nagayaan nu kheeysatti isa deebise. Umrii barakaa imala milkii Rabbi haa waffaqu.