Dawaa Qalbii
9.16K subscribers
2.06K photos
37 videos
31 files
2.78K links
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓

@Rabbiiftai
Download Telegram
#Itiyoo_Telekoom

Ityoo Teeleekoom neetwoorkii moobaayilii dhaloota 5ffaa (5G) Wiixata hojiirra akka oolchuu beeksiseera. Kanaanis qophiin barbaachisaan xumuramuu ibsameera.

Dhaabbatichi 5G Caamsaa 1, 2014 Hootela Shaaraatan Addisitti akka eebbisiisu ibsa Faanaa Broodkaasting Koorporeetiif ergeen beeksiseera. 5G’n yeroo ammaa kana addunyaan kan irra gahee neetwoorkii moobaayilii dhumaati.

@tikvahethafaanoromoo
Karaan ittiin gammachuu argatan tokkicha.Innis muddamaa fi sodaa humna keenyaa olitti nutti dhufan jalaa miliquudha.
-Monten

@Sammaan
Forwarded from Gadaa Post
Yuuniversitii haanga amma Waamicha taasisan

👉Yunversitii Finfinnee
Eebla 24-25

👉Yunivaristii Wolaita sodo
Eebla 27-28

👉Yunversitii AASTU
Eebla 28-29

👉Yunvarsitii ASTU
Eebla 28-29

👉 Yunversitii Metroopolitaanii Kotebe
Eebla 28-29

👉Yunvarsiitii Bahirdar
Eebla 28 - 30

👉Yunversitii Debre birhan
Eebla 29- 30

👉Yunversitii Madda Waalabuu
Caamsaa 1-2

👉Yunvarsitii Bulee Horaa
Caamsaa 1-2

👉Yunvarsitii Walqixxee
Caamsaa 3fi 4

👉Yunvarsitii Odaa Bultum
Guyya seensa Caamsaa 8-9
Guyyaa galmee Caamsaa 10-11

👉Yunversitii Dabra Taboor
Caamsaa 8-9

👉Yunversitii Haramaya
Caamsaa 12,13,14

👉Yuniversitii Hawasaa
galmeen Online Caamsaa 01 fi 02/2014 ,
Seensa gara yuniversitii Caamsa 8 fi 9/2014

👉Yunversitii Arbaminc
Guyyaa seensa Caamsaa 1 fi 2
Guyyaa galmee Caamsaa 3 fi 4

👉Yunvarsitii Gondar
Caamsaa 1fi 2

@Gadaapost
@Gadaapost
Forwarded from BBC AFAAN OROMOO
Mohaammad Saalaah taphni xumuraa Shaampiyoons Liigii Liivarpuul fi Riyaal Maadriid walitti fidu ''yeroo haaloo itti baanudha,'' jedhe.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/VgxPZNC
Forwarded from TIKVAH AFAAN OROMOO
Barattoonni Qabxii olaanaa Fidan badhaafamaa jiru.

Akka Naannoo Oromiyaatti bara barnootaa 2013'tti bartoonni kumni dhibba 2 fi kumni 53 qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhachuu ibsameera.

Bara barnootaa 2013tti barattoonni 226 qabxii olaanaa galmeessuu eerameera.

Guyyaa har'aas barattoonni qabxii olaanaa fidan Bakka Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa argamanitti ni badhaafamu.

Dhiirota keessaa qabxii olaanaa kan galmeessan duraa duubaan:-

1.Barataa Abdulaaziiz Zeenuu 600 keessaa Qabxii 548 galmeessuun badhaafaa ta'eera.

2.Hundee Tafarii fi

3. Kookeet Tasfaayee walduraa duubaan ni badhaafamu.
Gama Shamarraniitiin ammo

1.Siifan Fiixaa Hiikaa Qabxii 542 Gosa barnootaa Herregaa ammoo qabxii 100 fiduun ni badhaafamti.

2.Hawwii Xaasoo 539

3.Lootii Yaadataa 525 galmeessuun badhaasa meedaaliyaa ni badhaafamu.

@tikvahethafaanoromoo
Barattoonni Qabxii olaanaa Fidan badhaafamaa jiru.

Akka Naannoo Oromiyaatti bara barnootaa 2013'tti bartoonni kumni dhibba 2 fi kumni 53 qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhachuu ibsameera.

Bara barnootaa 2013tti barattoonni 226 qabxii olaanaa galmeessuu eerameera.


Dhiirota keessaa qabxii olaanaa kan galmeessan duraa duubaan:-

1.Barataa Abdulaaziiz Zeenuu 600 keessaa Qabxii 548 galmeessuun badhaafaa ta'eera.

2.Hundee Tafarii fi

3. Kookeet Tasfaayee walduraa duubaan ni badhaafamu.
Gama Shamarraniitiin ammo

1.Siifan Fiixaa Hiikaa Qabxii 542 Gosa barnootaa Herregaa ammoo qabxii 100 fiduun ni badhaafamti.

2.Hawwii Xaasoo 539

3.Lootii Yaadataa 525 galmeessuun badhaasa meedaaliyaa ni badhaafamu.

@tikvahethafaanoromoo
Forwarded from ️JBMAR️ (Su'udi Arsi Robee)
➡️ Yuunivarsiitiilee hanga ammaa waamicha godhan.

Yuunivarsiitii Eebla 24 hanga Eebla 30/2014 waamicha godhan.

➀ Yuunivarsiitii Finfinnee (24-28)
➁ Yuunivarsiitii Walaaytaa Sooddoo (27-28)
➂ Yuunivarsiitii Dabra-Birhaan (29-30)
➃ Yuunivarsiitii Baahirdaaar(28-30)
➄ Yuunivarsiitii Barnoota Kootabee(28-29)
➅ Yuunivarsiitii ASTU/AASTU (28-29)


Yuunivarsiitii Caamsaa 01 hanga 06/2014tti waamicha godhan.

➊ Yuunivarsiitii Hawaasaa (01-05)
➋ Yuunivarsiitii Buleehoraa (01-02)
➌ Yuunivarsiitii Madda-Walaabuu (01-02)
➍ Yuunivarsiitii Arbaaminci (01-02)
➎ Yuunivarsiitii Goondar (01-02)
➏ Yuunivarsiitii Wal-qixxee (03-04)
❼ Yuunivarsiitii Mattuu (03-04)
❽ Yuunivarsiitii Dabra-Maarqos (04-05)
❾ Yuunivarsiitii Jimmaa (04-05)

Yuunivarsiitii Caamsaa 06 hanga 14/2014tti waamicha godhan.

⓵ Yuunivarsiitii Dabra-taabor (08-09)
⓶ Yuunivarsiitii Odaa-bultum (08-09)
⓷ Yuunivarsiitii Haramaayaa (12-14)
⓸ Yuunivarsiitii Maqdallaa Ambaa (10-11)
⓹ Yuunivarsiitii Injibaaraa (09-11)
⑥ Yuunivarsiitii Waachaamoo (09-10)

Jama’aa barattoota muslima Arsii Roobee
Haqa ollaan kee sirraa qabu hin dagatin.
HUNDI YEROO ISATTI TAHA !!

Al tokko tokko yeroo kan yaadde yaaltee siif milkaa'uu didu ni rakkatta,ni cinqamta,
ni yaaddofta,wanti hundi si harkaa bitaacha'ee eega har'allee naaf hin dabrin(darbin) yoomillee naaf hin dabartu(darbu) jettee abdii kutatta.Yaalii keetiis ni dhaabda.
Mee firii muka asii gadii kana ilaali:muka tokko irra,damee tokko irraa fi qaccee tokko irratti rarraafamanii osoo jiran yeroo garaagaraatti bilchaatu.kana jechuun firiin inni hin bilchaatin sun osoo hin bilchaatin hafa jechuu osoo hin taane yeroo isaa eeggatee bilchaata jechuudha.Keetis kanuma.Yeroo isaatu hin gahin malee siif darbuun hin oolu.kanaaf abdii hin kutaatin yaalii keetis hin dhaabin.

@Sammaan
Forwarded from Gadaa Post
Ityoo Telekoom neetwoorkii moobaayilii dhaloota 5ffaa (5G) eebbisiisaa jira

Sirna eebbaa kanarratti Hojii Raawwachiiftuu olaantuu Ityoo Telekoom Aadde Fireehiyiwat Taammiruu dabalatee hoggantoonni mootummaa fi keessummoonni kababajaa argamaniiru.

Dhaabbatichi 5G har’a Hootela Shaaraatan Addisitti eebbisiisuu beeksiseera. 5G’n sadarkaa teeknooloojii addunyaan yeroo ammaarra geesseedha.

5G’n addunyaarraatti gara hojiitti kan seene bara Faranjootaa 2019 yoo ta’u bara Faranjoota 2025ttis lakkoofsi fayyadamtoota teeknooloojichaa biiliyoona 1.7 ni qaqqabaan tilmaamameera.

Yeroo itti aanutti tajaajilichi bakkeewwan biyyattii garaagaraa keessatti ni eegala jedhamee eegama.

Tajaajilli neetwoorkii dhaloota 5ffaa (5G) kan dhaloota 4ffaa waliin yoo madaalamu dacha 20 kan caalu ta’uu ibsameera.

@Gadaapost
@Gadaapost
{كتب الله مقادير الخلائق قبل أن يخلق السموات والأرض بخمسين ألف سنة}
الراوي: عبد الله بن عمرو.
Osoo Dachii fi Samii hin uumin amata kuma shantama dura Rabbiin qooda uumamaa (makhluuqaa) galmeesse. {Sahiih Muslim: 2653}
.
-Waan Rabbi siif katabe abadan hin dhabdu!.
.
Follow | @Sano_Haji7
@Sammaan
#ODUU_AJAA'IBAA

Gaazixeessituun fana broadcasting coorporate hajjachaa turte sababa doocmantariin sobaa ummata islaamaa irratti miidiyaa kanaan hojjatamee Sirrii miti jettee mormuudhaan, miidiyaa FBC gadi dhiistee baate. Akkuma baateen miidiyaa Addunyaa kanaa guddaa #AL_JEEZIIRAA keesa galte. gootummaan akkana. Maashaa Allaah jennaan. Namni amantii isaatiif quuqamu akkana.

📡📡JOIN📡📡
👉SABA GUDDAA WAAN TANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
@ABDII_SABAA3
@Sammaan
#Oduuu_Gammachiisaa
#Yuunivarsitii_Haromaayaa

Yuunivarsitiin Haramaayaa loogoo isaa jiijjiire.
Kanaan dura loogoo isaanii gubbaan Afaan Amaaraa
fi kara jalaatiin Afaan Engiliffaa qofa qabu jijjiiruun
Afaan Oromoo jalqaba gochuun warreen kaan ammoo
walduraa duubaan gubbaa haga jalaatti godheera.
Miidiyaan @Abdii_Sabaa1 qaama dhimma kana irratti
Hojjachaa turan hundaa galeeteeffachuun, yuunivarsitiin
Warreen kaanis muxannoo kana fudhachuun hojiitti hiikuu
Akka qabdanis gamanumaan isin yaadachiifna.


◈ ━━━━━━━━ ● ━━━━━━━━ ◈
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
📡MIIDIYAA📡JOIN👇SHARE
@ABDII_SABAA1
@ABDII_SABAA1
@ABDII_SABAA1

📚KITAABA BARATAA📚
https://t.me/+G5ZeAWrgdBswODU0


➦ Hiriyyoota keef hiruu hin dagatin,

◈ ━━━━━━━ ⸙ ━━━━━━ ■
Yaa Rabbi yaa Allaah Rakkoon keenna Kan diinii fi addunyaatis ati furmaata itti nuuf fidi.
Fagoo mitii kalumatti yaa Allaah madaa teenna Ni argita Yaa Rabbi.
Afaan Oromoo fi Afaan Tigriffaa sirna "Google Translate" keessatti hammatamanii jiru.

Afaanota adda addaa kan hiiku Google Translate afaanota dabalataa 24 gara sirnichaa galchuu beeksiseera. Kana keessaa Afaan Oromoo fi Tigriffaa kessatti hamatamanii jiru.

Afaanota haara dabalaman waliin sirna hiikka kana keessatti afaanota addunyaa 133 hiikuu isa dandeessisa jedhame.

Kanaan dura afaan Amaariiffa sirna kana keessatti hiikkamaa turuun isaa ni yaadatama.

@Sammaan