Dawaa Qalbii
9.16K subscribers
2.06K photos
37 videos
31 files
2.78K links
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓

@Rabbiiftai
Download Telegram
Turkiin dhimma Muslimoota Goondar ilaalchisuun ibsa akeekkachiisa qabu baaste..!!

Ministeerri haajaa alaa Turkii ibsa guyyaa har'aa baaseen Haleellaa Muslimoota Magaalaa Goondar irratti raawwatame dabalatee Masjiidoti gubamuu hadheeffatee balaaleffate.

Turkiin ibsa isaa kanaan sirna Awwaalchaa irratti Haleellaa finxaaleyyoonni hawaasa Muslimaa nagaa irratti bananiin lubbuun Muslimoota 21 galaafatee jira kan jedhe yoo ta'u Masjiidonnis barbadaa'uu eeree jira.

Kanaaf Mootummaan biyyattii haqaaf dhaabbatee tarkaanfii barbaachisu fudhachuu qaba jechuun ajaja kan dabarse ibsi Turkiin baaste kun Xumura irrattis Namoota Haleellaa kanaan lubbuu isaanii dhabaniif araarama kadhachuun Maatii fi firoottaniin jajjabaadhaa jechuun ibsa isaa goolabee jira.

Tumsi Rabbii dhihoodha!
#JechootaGaggaarii
#Erdogan
@JemalSheikhBakri1
Baga ayyaana Iida Al-Fixrii bara 1443 A.L. H nagayaan geessan!♥️
Ayyaanni:
📌 kan jaalalaa,
📌 kan tokkummaa,
📌 kan bilisummaa,
📌 kan milkii,
📌 kan gammachuu,
📌 kan ibaadaa,
📌 kan imaanaa,
📌 kan rizqii bal'aa,
📌 kan umrii dheerinaa,
📌 kan waan yaaddan hunda itti argattan,
📌 kan bakka yaaddan itti geessan

Isiniifi maatii keessan hundaaf haa ta'u!🙏
Forwarded from BBC AFAAN OROMOO
Daandiin qilleensaa Awustiraaliyaa balaliinsa isaa haaraadhaan osoo bakka biraa hin qubatiin kallattiin magaalaa Addunyaa kamuu qubachuu akka danda'u beeksiise.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/Ts5hVHJ
Forwarded from Gadaa Post
Yuuniversitii haanga amma Waamicha taasisan

👉Yunversitii Finfinnee
Eebla 24-25

👉Yunivaristii Wolaita sodo
Eebla 27-28

👉Yunversitii AASTU
Eebla 28-29

👉Yunvarsitii ASTU
Eebla 28-29

👉 Yunversitii Metroopolitaanii Kotebe
Eebla 28-29

👉Yunvarsiitii Bahirdar
Eebla 28 - 30

👉Yunversitii Debre birhan
Eebla 29- 30

👉Yunversitii Madda Waalabuu
Caamsaa 1-2

👉Yunvarsitii Odaa Bultum
Guyya seensa Caamsaa 8-9
Guyyaa galmee Caamsaa 10-11

@Gadaapost
@Gadaapost
Ji'a Shawwaal Irraa Guyyaa Jaha Soomuun Ajrii Ji'a Lamaa namaa argamsiisa; Sooma ji'a Ramadaanaa waliin akka waggaa tokko soomneetti nuu herregama:

Abuu Ayyuub Al Ansaarii (RA) irraa akka odeeyfametti : Ergamaan Rabbii (ﷺ) akkana jedhan: "Namni Ramadaana soomee eegasii Shawwaal irraa guyyaa ja'a itti aansee (soome) akka waan waggaa guutuu soomeeti." {Sahiih Muslim: 2614}

عن أبي أيوب الأنصاري رضي الله عنه أن رسول الله صلى الله عليه وسلم قال: "من صام رمضان ثم أتبعه ستاً من شوال فكأنما صام الدهر كله" رواه مسلم.
Follow Us | @Sano_Haji7
Hadiisa Abuu Ayyuub al-Ansaariin odeyseen ergamaan Rabbii Muhammadﷺ "namni Ramadaana Soommanee eeganaa Jaha Shawwaal irraa itti aanse, akka nama amata guutuu Soommaneeti" ja'e. [Muslim : 1164]

- Shawwaal ji'a Ramadaanatti aanee dhufu kanarraa guyyaa 6 Soommanuun Sunnaa dha. Soommana Ramadaanaa waliin akka nama amata guutuu Soommanaa bahetti Ajrii arkanna. Soommana 6n Shawwaal kana walitti aansinee ykn adda babaasnee Soommanuu dandeenya.

NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa
SIRRITTI NAAF HUBAADHU !!!
◇◇◇◇◇◇◇◇◇◇◇◇◇◇

■◇-kan yeroo hundaa kolfu beekkumsa of dhoowwa.
■◇-kan yeroo hundaa kadhatu kennaa of dhoowwa.
■◇-kan yeroo hundaa kakatu amantii of dhoowwa.
■◇-kan yeroo hundaa jarjaru hiree of dhoowwa.
■◇-Dubbachuun immoo gootummaa mitii!
■◇Cal'isuun sodaaf miti !

■◇-Kaayyoo kee hin dagattiin!
■◇-DHaageesseef hin dubbaatin!
■◇-Argaateedhaf hin nyaatin!
■◇-Waan xiqqoo hin gowwoomin!
■◇-Iccitti kee hin himaatiin!
■◇-Rakkoo kee hin dhokfaatin!
■◇-Hirriyyaa kee hin tufaatin!
■◇-Dhandhamachaa nyaadhu!

■◇-Tilmaamitti dubbaadhu!
■◇-Fakkeesittu hin ta'iin!
■◇-Dhugaaf falmu filaadhu!
■◇-Baay'ee dhageefadhuu!
■◇-Xiqqoo immoo dubbaadhuu!
■◇-Kan namaa hin dubbaatiin!
■◇-Kan kee hin dhisiin!
■◇-Nama hin sodaatiin kabaajii malee!

■◇-Ofi immoo hin tufaatiin!
■◇-Gowwaa naman hin jedhiin!
■◇-Beeka ofi hin godhin!
■◇-Amaantii kee kabajii!
■◇-Kan nama hin tufaatiin!

Galatomaa marree ergaa dubbistee sitti tole bodaa hirriyyota kee kan jalaatuf #share godhii😍
@forgiveMeAllahKanaaTuquunMatiiTa

keessan warii channal keenya join hin godhin join godha.        
       Warii garee  channal makama                    @forgiveMeAllahKanaaTuquunMatiiTa
@forgiveMeAllahKanaaTuquunMatiiTa
Warii channal garee kenya makama
@gariira
#Itiyoo_Telekoom

Ityoo Teeleekoom neetwoorkii moobaayilii dhaloota 5ffaa (5G) Wiixata hojiirra akka oolchuu beeksiseera. Kanaanis qophiin barbaachisaan xumuramuu ibsameera.

Dhaabbatichi 5G Caamsaa 1, 2014 Hootela Shaaraatan Addisitti akka eebbisiisu ibsa Faanaa Broodkaasting Koorporeetiif ergeen beeksiseera. 5G’n yeroo ammaa kana addunyaan kan irra gahee neetwoorkii moobaayilii dhumaati.

@tikvahethafaanoromoo
Karaan ittiin gammachuu argatan tokkicha.Innis muddamaa fi sodaa humna keenyaa olitti nutti dhufan jalaa miliquudha.
-Monten

@Sammaan
Forwarded from Gadaa Post
Yuuniversitii haanga amma Waamicha taasisan

👉Yunversitii Finfinnee
Eebla 24-25

👉Yunivaristii Wolaita sodo
Eebla 27-28

👉Yunversitii AASTU
Eebla 28-29

👉Yunvarsitii ASTU
Eebla 28-29

👉 Yunversitii Metroopolitaanii Kotebe
Eebla 28-29

👉Yunvarsiitii Bahirdar
Eebla 28 - 30

👉Yunversitii Debre birhan
Eebla 29- 30

👉Yunversitii Madda Waalabuu
Caamsaa 1-2

👉Yunvarsitii Bulee Horaa
Caamsaa 1-2

👉Yunvarsitii Walqixxee
Caamsaa 3fi 4

👉Yunvarsitii Odaa Bultum
Guyya seensa Caamsaa 8-9
Guyyaa galmee Caamsaa 10-11

👉Yunversitii Dabra Taboor
Caamsaa 8-9

👉Yunversitii Haramaya
Caamsaa 12,13,14

👉Yuniversitii Hawasaa
galmeen Online Caamsaa 01 fi 02/2014 ,
Seensa gara yuniversitii Caamsa 8 fi 9/2014

👉Yunversitii Arbaminc
Guyyaa seensa Caamsaa 1 fi 2
Guyyaa galmee Caamsaa 3 fi 4

👉Yunvarsitii Gondar
Caamsaa 1fi 2

@Gadaapost
@Gadaapost
Forwarded from BBC AFAAN OROMOO
Mohaammad Saalaah taphni xumuraa Shaampiyoons Liigii Liivarpuul fi Riyaal Maadriid walitti fidu ''yeroo haaloo itti baanudha,'' jedhe.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/VgxPZNC
Forwarded from TIKVAH AFAAN OROMOO
Barattoonni Qabxii olaanaa Fidan badhaafamaa jiru.

Akka Naannoo Oromiyaatti bara barnootaa 2013'tti bartoonni kumni dhibba 2 fi kumni 53 qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhachuu ibsameera.

Bara barnootaa 2013tti barattoonni 226 qabxii olaanaa galmeessuu eerameera.

Guyyaa har'aas barattoonni qabxii olaanaa fidan Bakka Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa argamanitti ni badhaafamu.

Dhiirota keessaa qabxii olaanaa kan galmeessan duraa duubaan:-

1.Barataa Abdulaaziiz Zeenuu 600 keessaa Qabxii 548 galmeessuun badhaafaa ta'eera.

2.Hundee Tafarii fi

3. Kookeet Tasfaayee walduraa duubaan ni badhaafamu.
Gama Shamarraniitiin ammo

1.Siifan Fiixaa Hiikaa Qabxii 542 Gosa barnootaa Herregaa ammoo qabxii 100 fiduun ni badhaafamti.

2.Hawwii Xaasoo 539

3.Lootii Yaadataa 525 galmeessuun badhaasa meedaaliyaa ni badhaafamu.

@tikvahethafaanoromoo
Barattoonni Qabxii olaanaa Fidan badhaafamaa jiru.

Akka Naannoo Oromiyaatti bara barnootaa 2013'tti bartoonni kumni dhibba 2 fi kumni 53 qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhachuu ibsameera.

Bara barnootaa 2013tti barattoonni 226 qabxii olaanaa galmeessuu eerameera.


Dhiirota keessaa qabxii olaanaa kan galmeessan duraa duubaan:-

1.Barataa Abdulaaziiz Zeenuu 600 keessaa Qabxii 548 galmeessuun badhaafaa ta'eera.

2.Hundee Tafarii fi

3. Kookeet Tasfaayee walduraa duubaan ni badhaafamu.
Gama Shamarraniitiin ammo

1.Siifan Fiixaa Hiikaa Qabxii 542 Gosa barnootaa Herregaa ammoo qabxii 100 fiduun ni badhaafamti.

2.Hawwii Xaasoo 539

3.Lootii Yaadataa 525 galmeessuun badhaasa meedaaliyaa ni badhaafamu.

@tikvahethafaanoromoo