✅ Anoo Deemuuf Ka'e😭
✍✍✍✍✍✍✍✍✍
Anoo deemuuf ka'ee
Dafaa na saammadhaa
Hamma wal garruufuu
Nagaa nadhaammadhaa
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
Ummata musliimaaf
An kennaa rabbiitii
Qulqulleessaa dilii
Saamunaa zambiitii
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Yaa warra amantan
Jechuun isin yaamee
Ramadaana soomaa
Kan isiniif dhaamee
🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷
Akka sodaattaniif
Rabbiin na wajjabee
Lubbuudhan jiraatee
Namni na qaqqabee
🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴
Rabbiin kennaa guddoo
Ana keessa kaa'ee
Kan dhugaan na soome
Dhugumaan milkaa'ee
♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Isiniif badhaasa
Anoo rabbiin biraa
Halkan kabajamaan
Ana keessa jiraa
🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷
Halkan tokkichisaa
Caalu baatii kumaa
Badhaafamuu feenan
#Kurnan gara dhumaa
🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲
Ibaadatti cimnaan
Kurnan boodaa keessaa
Keeyrii halkan sanaa
Rabbiin si milkeessaa
💐💐💐💐💐💐💐💐
Kan rabbiin kadhateef
Ni baati haajanii
Kan rabbiin milkeessef
Qabama baajannii
🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿
Yaa mootii aalamaa
Kanas nu milkeessii
Isa bara dhufuus
Nagaan nu geessii🤲🤲
♻️🌹🌹♻️♻️🌹🌹♻️
#please join&share
👇👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
T.me/Sammaan
✍✍✍✍✍✍✍✍✍
Anoo deemuuf ka'ee
Dafaa na saammadhaa
Hamma wal garruufuu
Nagaa nadhaammadhaa
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
Ummata musliimaaf
An kennaa rabbiitii
Qulqulleessaa dilii
Saamunaa zambiitii
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Yaa warra amantan
Jechuun isin yaamee
Ramadaana soomaa
Kan isiniif dhaamee
🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷
Akka sodaattaniif
Rabbiin na wajjabee
Lubbuudhan jiraatee
Namni na qaqqabee
🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴
Rabbiin kennaa guddoo
Ana keessa kaa'ee
Kan dhugaan na soome
Dhugumaan milkaa'ee
♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Isiniif badhaasa
Anoo rabbiin biraa
Halkan kabajamaan
Ana keessa jiraa
🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷
Halkan tokkichisaa
Caalu baatii kumaa
Badhaafamuu feenan
#Kurnan gara dhumaa
🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲
Ibaadatti cimnaan
Kurnan boodaa keessaa
Keeyrii halkan sanaa
Rabbiin si milkeessaa
💐💐💐💐💐💐💐💐
Kan rabbiin kadhateef
Ni baati haajanii
Kan rabbiin milkeessef
Qabama baajannii
🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿
Yaa mootii aalamaa
Kanas nu milkeessii
Isa bara dhufuus
Nagaan nu geessii🤲🤲
♻️🌹🌹♻️♻️🌹🌹♻️
#please join&share
👇👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
T.me/Sammaan
Telegram
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai

#Shamarran_Uzrii_Qabaniif
🌹Warri rakkoo qabdanis qooda keessaa hin dhabdanii Amshiraa.
(#Halkan_Kabajaa)
➲Dubartiin gariin sababa xuriin laguu nutti jiruuf jecha Ibaadaa baay'ee dalagataa hin jirru, gaheen keenna manuma qulqulleessuu fi suuqii waa sheemachuu jedhanii, yaaddoo guddaa keessa seenanii jiran.
✔Amshir obboleettii too hin yaadinii balballi keeyrii banaadhaa, keessaa :
➛Qalbii fi Arrabaanis Zikrii gochuu dandeessa,
➛Du’aa'ii kadhachuu dandeessa,
➛Umaalee Rabbii xiinxalluu dandeessa, teessee lubbuu tee gamaggamuun ibaadaa jabduudhaa.
➛Harkaan hin tuqin malee Qur’aanas qara’uu dandeessa,
➛Waan Rabbiin sirratti barreesse kana amantee fudhachuu qabda,
➛Ijoollee Ibaadaa irratti kunuunsuu qabda,
➛Toltuu adda addaa keessatti hirmaachuu dandeessa,
➛Nyaata qopheessitee warroota soomaan oolan faxxarsiisuu dandeessa,
➛Warroota Soomaan oolan kaddamuun ajrii guddaa akka qabu yoomuu hin irraanfatin.
#Ufin_tuffatin_obboleettii_tiyya.
✍@Ibroo
Join👉https://t.me/tafak_or

𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf

🌳🌴🌳 HIN SHEENAWIN !!! 🌳🌴🌳
______________________________
Carraan ati yeroo hedduu abdatte yoo si jalaa bade , owwa sheenaan carraa san dhabuu si owwise aayata RAHMAAN khanaan qabbaneeysi...
﴿ عسى ربُنا أنْ يُبدلنا خيراً منها ﴾
Dhugaadha rabbiin waan isii san caalu bakka nuuf buusuun...
_______________________________
Hin shakkin yeroo mara waan 1 amani...
----------------------------------
🔊 Rabbiin si harkaa fuudhe xiqqoo tee fuudhee guddoo isaa si badhaasuufi hin sheenawin hin rakkatin !!!
Dhaamsa dabalataaf-------👇👇👇
🌹🌷 @Sammaan

📜 #Leeylatul-qadr, carraa waggaatti yeroo tokko kana haa fayyadamnu.
ℹ️Hubadhu Halkan Leeylatul-Qadrii waan bararu kan samii gubbaa barbaadamu kan mullatuu miti. Halkan Leeylatul Qadrii Malaaykaan Jibriilii wajjiin gadi buuti garuu waan ilmi namaa samii keeysa ol ilaalee arguu miti. Wanti Nurraa eeggamu Ibaadaa kudhanan boodaa kana itti jabaachuudha.
#Salaata Fardii, Sunnaa Halkanii, Quraana, Zikrii,Du’aaii itti jabaachuudha. Namni tokko halkan Leylatul qadrii beekee ykn dhiiseef miti dubbiin, wanni barbaadamu guddoon Ibaadaatti cimuudha.
#Namni halkan Leeylatul Qadrii hin beyne tokkos niyyatee halkan san dhaabbatee salaatuun, du’aa'iin, Qur'aanaan yoo dabarse Rabbiin badii isaa tan dabarte isaaf dhiisee, Ibaadaa baatii kuma 1000 olii isaaf ni galmeeysa.
Yaa allaah nu waffaqi.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
T.me/Sammaan
ℹ️Hubadhu Halkan Leeylatul-Qadrii waan bararu kan samii gubbaa barbaadamu kan mullatuu miti. Halkan Leeylatul Qadrii Malaaykaan Jibriilii wajjiin gadi buuti garuu waan ilmi namaa samii keeysa ol ilaalee arguu miti. Wanti Nurraa eeggamu Ibaadaa kudhanan boodaa kana itti jabaachuudha.
#Salaata Fardii, Sunnaa Halkanii, Quraana, Zikrii,Du’aaii itti jabaachuudha. Namni tokko halkan Leylatul qadrii beekee ykn dhiiseef miti dubbiin, wanni barbaadamu guddoon Ibaadaatti cimuudha.
#Namni halkan Leeylatul Qadrii hin beyne tokkos niyyatee halkan san dhaabbatee salaatuun, du’aa'iin, Qur'aanaan yoo dabarse Rabbiin badii isaa tan dabarte isaaf dhiisee, Ibaadaa baatii kuma 1000 olii isaaf ni galmeeysa.
Yaa allaah nu waffaqi.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
T.me/Sammaan
Telegram
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Qabxii Shan nama Qalbii tee si cabseef Wanti sirraa eegamu.
1- Isaan maletti gammadaa ta'uu akka dandeessu lubbuu tee amansiisuu.
2- Isarraa haloo bahachuu yaaduu dhiisuu. Waa'ee isaa irraanfachuuf yaaluu.
3- Namoota Waa'ee isaa si yaadachiisan irraa fagaachuu fi waa'ee sanii xiinxaluu dhabuu.
4- Jireenya kee jijjiiruu irratti xiyyeeffachuun yeroo kee lubbuu keetiif kennuu.
5- Inni nama qalbii Si cabse tahuu beekuudhaan Waan inni si godhe garatti qabattee isa miidhuuf yaaduu dhabuu fi Waa'ee keetiif mataa keetiin yaaduu danda'uu ofitti himuu
Karaalee Shanan kan qajeellotti hojirra oolchinaan yaadaan teessee yeroo kee gubaa hin ooltu. Keessattuu Warrii Jaalala qabatama hin qabneen qalbiin isin cabxe tooftaalee armaan olii fayyadamaa.
Waliif #Share godhaa
@JemalSheikhBakri1

Forwarded from TIKVAH AFAAN OROMOO
Oduu Ammee📍
Ramaddiin Yuuniversitii ifa ta'eera.
Barattoonni kutaa 12ffaa qabxii seensa yuniversitii fiddan hundi keessanu ramaddii keessan laallachu ni dandeettu.
Ilaaluudhaaf👇
1ffaa telegraama @moestudentbot
2ffaa Sms 9444 ilaalu dandeettu.
@tikvahethafaanoromoo

#𝙱𝚊𝚛𝚎𝚎𝚍𝚞𝚖𝚊
༆«Walakkaan bareeduma ilma namaa #Arraba isaa keessa jira..Haasawa keeysan bareechifadhaa».
𝙹𝚘𝚒𝚗👇

Duuti waan nama hundarraa haftuu miti. Ilmi namaa dureessa ykn hiyyeessa tahuu dandaya. Beekaas wallaalaas tahuu dandaya. Garuu waan isaa katabame hin beeku. Akka Rabbiin isa godhe taha. Garuu namni hundi akka du’u if beeka. Osoma akka du’u beeku, du’a jalaa dhessuuf tattaaffata.
T.me/Sammaan
T.me/Sammaan
Telegram
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Jarana Cunqursaa Ummata muslimaa kana nurraa dhaabaa dubbiin Ni hammaatti.
Qaamni dhimmi ilaalu hundi furmaata waan kanaa irratti ammumarraa hojjadhaa!!
Yakkamaa seeratti dhiyeessaa Murtii haqaatis kennaa.
Nageenyi biyyaa baayye murteessadha.
Kanaaf akka ummanni Nagayaan waliin jiraatuf qaamni dhimmi ilaalu hundi waan sirraa eeggamu hojjadhu.
Yaa Allaah miidhamaaf situ dirmata ati nuuf dhaqqabi.
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Sila ilma namaa harka maaltu badii malee namaaf ajjeesa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Innaa lillaahi wa innaa ileeyhi raaji'uun.
😭😭😭😭😭

Forwarded from Jama'aa Dargaggoota Musliima Dheeraa
Barnoota Soomana Ramadaanaa
🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌
Kutaa {14ffaa}
Seera Zakaa Fixrii
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
▪️Zakaa fixrii jechuun sadaqaa yeroo soomana ramadaanaa xumuran dhuma isaarratti keennamtu jechuudha. Faaydaan isiitis dogoggoraafii badii irraa soomana namaaf qulqulleysiti.
~Zakaan Fixriidha muslima hundarratti dirqama.
~Isiin midhaan suguda tokkootu (k.g 2.40) yoo kiiloo lamaaf cinaa
godhan haalaan gaariidha.) nama tokkorraa baasuu barbaachisa.
ٍ
📚Hadiisatti Abdallaa ibnu umar(r.a) akki jedhe “Nabiin(s.a.w) tokko tokkoo muslimtootaa irratti zakkaa fixrii tan ramadaanaa dirqama godhe, hunduma muslimaarratti bilisa tahuu ,gabra tahuu, dhiira tahuu dubartii tahuu, guddaa tahuu xiqqaa tahuu, suguda (kooboo) takka timirarraa yookaan garburraa nama tokkorraa kafalama jedhe.”
•Jecha bukhaarii keessatti “nabiin (s.a.w) zakaa fixrii dirqama godhe …jedhee hadiisa oofee achi keessatti.. osoo namni gara salaata iidaa hinbaane duratti akka kennamtu ajaje.” jedhe.
⚡️Faayidaan(Hikmaan) zakaan Fixrii dirqama godhamteef?
~Nama soomane dogoggoraa fii badii irraa qulqulleessiti, hir’ina isaati guutti, bakka jallate diriirsiti.gargaarsa namoota hiyyeeyyiiti taati, guyyaa iidaa kabajamaa kana keessatti kadhaadhaaf hula namaarra deemurraa isaan duroomsiti. Akkuma ummanni kuun gammachuun iida godhanitti hiyyeessinis quufee beela bahee ummataan wajjiin gammachuu iidaa akka hirmaatu gargaarti .
📩Yaadaa fi Gaaffif 👉 @Baytal_Nur_bot
🌙#Ramadan 28,1443H
🌺#Share🌺
|| @Baytal_Nur ||

Turkiin dhimma Muslimoota Goondar ilaalchisuun ibsa akeekkachiisa qabu baaste..!!
Ministeerri haajaa alaa Turkii ibsa guyyaa har'aa baaseen Haleellaa Muslimoota Magaalaa Goondar irratti raawwatame dabalatee Masjiidoti gubamuu hadheeffatee balaaleffate.
Turkiin ibsa isaa kanaan sirna Awwaalchaa irratti Haleellaa finxaaleyyoonni hawaasa Muslimaa nagaa irratti bananiin lubbuun Muslimoota 21 galaafatee jira kan jedhe yoo ta'u Masjiidonnis barbadaa'uu eeree jira.
Kanaaf Mootummaan biyyattii haqaaf dhaabbatee tarkaanfii barbaachisu fudhachuu qaba jechuun ajaja kan dabarse ibsi Turkiin baaste kun Xumura irrattis Namoota Haleellaa kanaan lubbuu isaanii dhabaniif araarama kadhachuun Maatii fi firoottaniin jajjabaadhaa jechuun ibsa isaa goolabee jira.
Tumsi Rabbii dhihoodha!
#JechootaGaggaarii
#Erdogan

Baga ayyaana Iida Al-Fixrii bara 1443 A.L. H nagayaan geessan!♥️
Ayyaanni:
📌 kan jaalalaa,
📌 kan tokkummaa,
📌 kan bilisummaa,
📌 kan milkii,
📌 kan gammachuu,
📌 kan ibaadaa,
📌 kan imaanaa,
📌 kan rizqii bal'aa,
📌 kan umrii dheerinaa,
📌 kan waan yaaddan hunda itti argattan,
📌 kan bakka yaaddan itti geessan
Isiniifi maatii keessan hundaaf haa ta'u!🙏

Forwarded from BBC AFAAN OROMOO
Daandiin qilleensaa Awustiraaliyaa balaliinsa isaa haaraadhaan osoo bakka biraa hin qubatiin kallattiin magaalaa Addunyaa kamuu qubachuu akka danda'u beeksiise.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/Ts5hVHJ

BBC News Afaan Oromoo
Daandiin qilleensaa Qantas osoo hin qubatiin balaliinsa sa'aatii 20 eegaluufan jedhe
Daandiin qilleensaa Awustiraaliyaa balaliinsa isaa haaraadhaan osoo bakka biraa hin qubatiin kallattiin magaalaa Addunyaa kamuu qubachuu akka danda'u beeksiise.
Forwarded from Gadaa Post
Yuuniversitii haanga amma Waamicha taasisan
👉Yunversitii Finfinnee
Eebla 24-25
👉Yunivaristii Wolaita sodo
Eebla 27-28
👉Yunversitii AASTU
Eebla 28-29
👉Yunvarsitii ASTU
Eebla 28-29
👉 Yunversitii Metroopolitaanii Kotebe
Eebla 28-29
👉Yunvarsiitii Bahirdar
Eebla 28 - 30
👉Yunversitii Debre birhan
Eebla 29- 30
👉Yunversitii Madda Waalabuu
Caamsaa 1-2
👉Yunvarsitii Odaa Bultum
Guyya seensa Caamsaa 8-9
Guyyaa galmee Caamsaa 10-11
@Gadaapost
@Gadaapost
👉Yunversitii Finfinnee
Eebla 24-25
👉Yunivaristii Wolaita sodo
Eebla 27-28
👉Yunversitii AASTU
Eebla 28-29
👉Yunvarsitii ASTU
Eebla 28-29
👉 Yunversitii Metroopolitaanii Kotebe
Eebla 28-29
👉Yunvarsiitii Bahirdar
Eebla 28 - 30
👉Yunversitii Debre birhan
Eebla 29- 30
👉Yunversitii Madda Waalabuu
Caamsaa 1-2
👉Yunvarsitii Odaa Bultum
Guyya seensa Caamsaa 8-9
Guyyaa galmee Caamsaa 10-11
@Gadaapost
@Gadaapost
Ji'a Shawwaal Irraa Guyyaa Jaha Soomuun Ajrii Ji'a Lamaa namaa argamsiisa; Sooma ji'a Ramadaanaa waliin akka waggaa tokko soomneetti nuu herregama:
Abuu Ayyuub Al Ansaarii (RA) irraa akka odeeyfametti : Ergamaan Rabbii (ﷺ) akkana jedhan: "Namni Ramadaana soomee eegasii Shawwaal irraa guyyaa ja'a itti aansee (soome) akka waan waggaa guutuu soomeeti." {Sahiih Muslim: 2614}
عن أبي أيوب الأنصاري رضي الله عنه أن رسول الله صلى الله عليه وسلم قال: "من صام رمضان ثم أتبعه ستاً من شوال فكأنما صام الدهر كله" رواه مسلم.
Follow Us | @Sano_Haji7

Forwarded from 𝐋𝐢𝐛𝐫𝐚𝐫𝐲 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚📚📖📘📕📚🌹🌹ᵏᵃⁿᵃ ʰᵒᵒ ᵈᵘᵇᵇⁱˢᵗᵉᵉ??
Hadiisa Abuu Ayyuub al-Ansaariin odeyseen ergamaan Rabbii Muhammadﷺ "namni Ramadaana Soommanee eeganaa Jaha Shawwaal irraa itti aanse, akka nama amata guutuu Soommaneeti" ja'e. [Muslim : 1164]
- Shawwaal ji'a Ramadaanatti aanee dhufu kanarraa guyyaa 6 Soommanuun Sunnaa dha. Soommana Ramadaanaa waliin akka nama amata guutuu Soommanaa bahetti Ajrii arkanna. Soommana 6n Shawwaal kana walitti aansinee ykn adda babaasnee Soommanuu dandeenya.
NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa