#Dhiigaa_fi_Sooma
👉Nama sooma qaburraa dhiigni yoo baye :
➛Koobaadhaan yoo irraa bahe, sooma ni balleessa.
➛ Dhiigni baay’een fedhiidhaan yoo namarraa bahes (Dhiiga arjoomu), soomni ni bada.
➛ Dhiigni fedhii kee malee sirraa bahe ( Funuuna, namni yoo Albeedhaan si waraane, mudonnoodhaan ) sooma kee hin balleessu.
➛ Dhiigni xiqqaan tasa yoo sirraa bahe ( Fakkeenya Mirmaraadhaaf ) homaa dhiibbaa hin qabu.
Join👉@tafak_or

Forwarded from Nuuralhudaa (Abbaas)
Hadiisa Abdallaah bin Amri odeyseen ergamaan Rabbii Muhammadﷺ "Soommanaafi Qur'aanni guyyaa Qiyaamaa gabrichaaf ragaa bahan. Soommanni 'yaa Rabbi, guyyaa nyaataafi fedhii isaa akka hin baaneen dhoorke, magantaan isaaf seene naaf hayyami' jedha. Qur'aannis 'yaa Rabbi halkaniin hirriba isa dhoorke, magantaan isaaf seene naaf hayyami' jedha. Akkasitti magantaa fudhatama qabdu seenan" jedhan
[Sahiihul-Jaami' 3882]
- Soommanaafi Salaanni gaafa Qiyaamaa lubbuu godhatanii magantaa nuuf dhaabbatan. Magantaan isaanii ni Qeebalamti. Silas magantaan Soommanaafi Qur'aanaa dhiifamtee tamtu fudhatama arkata? Soommanaafi Salaata halkanii haa jabeessinu. Hadiisa kana keessatti Salaanni halkanii "Qur'aana" ja'amee dubbatame. Halkan yeroo Salaannu Qur'aana dheereessinee qara'uu akka qabnu irraa hubanna.
NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa

Rabbiin si haa milkessu.
Galmaan si haa gahu.
Gufuu halkaniif guyyaa Rabbiin si jalaa haa buqqisu.
@Sammaan

Baankiin Awaash baankoota addunyaa filatamaa kessaa isa tokko ta’uun filatameera.
Gloobaal Faaynaans yeroo 29ffaaf baankii filatamoo bara 2021 ifoomseera. Haaluma kanaan ardii Afrikaarraa baankii 36 filatamaniiru.
Afrikaarraa filatamaa 1ffaan Baankii Afrikaa Kibbaa Istaandard Baank jedhamu yoo ta’u Ityoophiyaarraa ammoo Baankiin Awaash filatameera.
Kunis baankota dhuunfaarraa kan jalqabaa isa taasisuu fi seenaa haaraa galmeessuu obbo Tsahaay ibsaniiru. Bara 2021tti bu’aan waliigalaa baankichaa Birrii biiliyoona 5.5 ga’uu eerameera.
@tikvahethafaanoromoo

Hadiisa al-Qudsii Abuu Hureyraan odeyseen ergamaan Rabbiiﷺ "Soommana malee dalagaan ilmi Aadam dalagu hundi isumaafi. Soommanni naafi, anaatu galata galchaaf' ja'a Rabbiin" ja'an. [Bukhaarii]
- Rabbiin warra Soommanu Jannataan gammachiisa, ibiddarraa ni fageessa. Soommana malee galata Ibaadaan biroo qabdu Rabbiin adda addaan dubbate. Garuu galata warra Soommaneef boru galchuu taa'u hunda hin ifoomsine. Badhaasa addaa hin himamin isaaniif qopheessee jiraachuu tuqe. Soommanni mataa isaatti Ibaadaa gararree hedduu if keessatti hammata. Obsa, arjoomaafi if gad qabuutti nama kakaasa. Warra keessaafi gubbaan Soommane Rabbumaatu beeka. Yaa milkii warra Soommanee!

Forwarded from Ahmedin Jebel - አሕመዲን ጀበል
🛑 ቀብራቸው ዛሬ ይፈፀማል
🛑 Awwalchi isaanii har'a raawwatama
==================
📌 የሼክ አህመድ መሀመድ በትናንትናው ዕለት በሆለታ ከተማ መገደላቸው ይታወሳል። ቀብራቸው ዛሬ (11/08/2014) በሆለታ ከተማ ይፈፀማል። ሬሳቸው ከአወሊያ በመውሰድ ቀብሩ ስለሚፈፀም እዚያ አከባቢና ግዜ ያላችሁ ወንድሞች በክብር እንደተሸኙና ሰላተል ጀናዛቸው ላይ እንድትቆሙ ጥሪ እናስተላልፋለን።
የኦሮሚያ መጅሊስ
📌 Shek Ahmed Mohammed kan kaleessa Holataatti ajjeeffaman guyyaa har'aa 11/08/14 reenfi isaanii Awwaliyaa irraa fuudhamuun Holataatti awwaalama.
Kanaaf muslimoonni naannoo sana jirtan kabajaan reenfa isaanii akka geggessitan dhaamsa isiniif dabarsina.
Majlisa oromiyaa

Forwarded from Oromia Education Bureau (🅱ëķërĐøtČøm)
Barattoonni bara 2013 qormaata biyyoolessaa fudhatanii qabxii darbiinsa Yuuniversiitii hin arganne bara kana irra deebi'anii akka qoraman murtaa'eera
...
Ministeerri Barnootaa hoggantoota Biiroo Barnootaa Naannolee waliin ta'uun barattoonni bara 2013 qormaata biyyoolessaa fudhatanii qabxii darbiinsaa seensa Yuuniversiitii hin argatin hafan akka barattoota idileetti (regular) irra deebi'uun qormaata biyyoolessaa bara 2014 fudhachuu akka danda'an murteesseera.
Sababni murtoo kanaa barattoonni qormaata biyyoolessaa bara 2013 fudhatan rakkoolee garaa garaa kanneen akka dhibee COVID-19, rakkoo nageenyaa biyyi keessa turteefi yeroo qormaataaf karoorfame keessatti osoo hin fudhatin waan turaniif xiinsammuu barattootaa irratti dhiibbaa uumuu danda'a jedhamee waan yaadameef barattoonni qoramaata biyyoolessaa bara 2013 fudhatanii qabxii darbiinsa Yuunvarsiistii hin arganne qormaata biyyoolessaa bara 2014 kennamu irraa deebi'anii akka qoramaniif murtaa'eera.
Bu'uruma kanaan caasaan barnootaa, hawaasnii dhimmamtoonni barnootaa hundi kana ilaalcha keessa galchuun:-
1. Qormaanni biyyoolessaa bara 2013 bara 2014 kana keessa waan kennameef, yeroon qormaanni kun itti kennames bara barumsaa kana keessa waan ta'eef barattoonni dubbisuun qormaata kanaaf of qopheessuu akka danda'aniif maatiin hordoffii akka taasisan
2. Barattoonni kunneen mana barumsaa itti baratan deemanii daree galanii barachuu yoo barbaadan manni barumsaafi barsiistonni kana hubatanii deggeruufi keessummeessuu akka danda'an Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksiseera.
@oromiaeducationbureaudotcom

Forwarded from BBC AFAAN OROMOO
Bulchaan Aanaa Kiiramuu Obbo Balaay Dassaalee finxaaleyyiin Amaaraa Oromoon hundi, akkasumas caasaan mootummaa sadarkaan akka Shanee ta'etti hubachuun haleellaa raawwataa jiru jedhan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/usVxFL5

BBC News Afaan Oromoo
Nageenya Oromiyaa: 'Uummanni Oromoo hundi 'Shaneedha' jedhanii dararaa jiru'- Bulchaa Kiiramuu
Bulchaan Aanaa Kiiramuu Obbo Balaay Dassaalee finxaaleyyiin Amaaraa Oromoon hundi, akkasumas caasaan mootummaa sadarkaan akka Shanee ta'etti hubachuun haleellaa raawwataa jiru jedhan.
Forwarded from Oromia Education Bureau (🅱ëķërĐøtČøm)
Ebla11, 2014
Qormaata Biyyoolessaa Bara 2013 Qabxii Barattootaa Irratti Komii Dhiyaateen Murtoo Darbe
Ministeerri barnootaa fi hoggantoonni Biiroolee Barnootaa Naannolee waliin ta'uun komii qabxii barattootaa qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2013 kenname irratti naannolee rakkoon nageenyaa mudatee jiru irratti bu'uureffachuun murtoon addaa kennamee jira.
Haaluma kanaan ;qormaata Biyyoolessaa bara 2013 kutaa 12ffaa barattoonni 598,679 ta’an kan fudhatan yammuu ta’u; kanneen keessaa barattoonni 253,572 ta’an Oromiyaa keessatti argamu.
Barattoota akka biyyaatti qormaata fudhatan keessaa barattoonni qabxii digirii jalqabaa barachuuf carraa argatan 268,628 yammuu ta’u; Barattoonni 134,010 (52.8%) ta’an Oromiyaa keessaa qabxii darbiinsaa kan argatanidha.
Barattoota akka biyyaatti armaan olitti digirii jalqabaa akka barataniif carraa argatan keessaa Yuunivarsiistii Mootummaatti galanii kanneen barachuu danda’an 152,014 yoo ta’an; Oromiyaa keessaa ammoo barattoonni 78,997 (52%) qabxii fidaniin Yuunivarsiistii Mootummaa galanii carraa barachuu argataniiru
Akka komiitti naannoleen rakkoo nageenyaa qaban bifa addaan akka ilaalamuuf gaaffii dhiyeessan;
1. Naannoo Amaaraa
2. Affaar
3. Beeniishaangul Gumuz fi
4. Oromiyaa yammuu ta’an;
Akkaatuma gaaffii naannolee irraa dhiyaateen barattoonni bifa addaan murtoo addaan ilaalameef 8,080 ta’an Yuunivarsiistii seenanii akka barataniif carraa argataniiru.
Kanneen keessaa gahoon naannolee
Oromiyaan Barattoota 3,628
Amaaraan barattoota 4,339
Affaar Barattoota 31
Beeniishaangul Gumuz barattoota 82
Yoo ta’an; akka waliigalaatti barattoonni carraa yuunivarsiitii mootummaa galanii barachuu danda’an walumatti 160,094 yoo ta’u as keessaa barattoonni 82,625 (51.6%) ta’an Oromiyaa keessaati.
Akka Naannoo Oromiyaatti godinaalee fi Bul.Magaalotaa rakkoo negeenyaa qaban qabxii yuunivarsiitii isaan galchu hin argatiin hafan komii dhiyaate bu’uureffachuun carraan biraa akka kennamuuf gaaffii dhiyaateen qormaata biyyaalessaa bara 2014 kennamu keessatti hammatamanii idileedhaan barattoota isaanii kanneen qorsiisan;
1. Qeellam Wallaggaa
2. Wallaggaa Lixaa
3. Wallaggaa Bahaa
4. H/ G/ Wallaggaa
5. Sh/Lixaa
6. Gujii fi
7. Gujii Lixaa guutummaan barattoonni irra deebiin qormaaticha kan fudhatan yammuu ta’u;
Godinaalee fi aanaaleen muraasni bakkeewwan rakkoo nageenyaa addatti qaban ammoo;
Godina Shawaa Kaabaa aanaalee 7
Darraa
Hidhabuu Abootee
Yaayyaa Gullallee
Dagam
Giraar Jaarsoo
Warra Jaarsoo fi
Kuyyuu
Godina Booranaa aanaa 3
Areeroo
Mi’oo fi
Dilloo
Godina Jimmaa
Limmuu Saqqaa
Noonnoo Beenjaa
God.H/Lixaa aanaa 2
Mi’eessoo fi
Gumbii Bordoddee
God. Sh/Bahaa aanaa 2
Fantaallee fi
Boosatt
God.Har./Bahaa aanaa 1
Cinaaksan
Bul.Magaalaa Naqamtee fi
Amboo
Barattoota isaanii irra deebiin akka qorsiisaniif murteen addaa kennamee jira.
Murtoon addaa kun akka naannoo Oromiyaatti carraa guddaa waan ta’eef; barattoonni carraa kana argattan sirriitti bifa tasgabbiidhaan qo’achuun qophii keessan haalaan akka itti fuftan Biiroon Barnootaa Oromiyaa dhaamsa isiniif dabarsa.
Carraa Gaarii!!

I'tikaafa
Haati Mu'mintootaa Aa'ishaan "ergamaan Rabbiiﷺ Ramadaana kurnan boodaa I'tikaafa(Masjidatti gala) ture" jatte. [Bukhaarii 2033]
- I'tikaafa jechaan Ibaadaaf Masjidatti galuudha. Hanga kurnan boodaa kun dhumuu Ibaadaaf Masjidaa bahuu dhabuudha. Akka tasaa yoo namni dhukkubsate gaafatuun, yoo namni du'e gaggeysuufi haajaa jabduuf Masjidaa bahuun humaa rakkoo hin qabu. I'tikaafni dirqama osoo hin taane Sunnaa dha. Dhiiraafi Haawwanis galuu ni dandahan.

#Kabaja_Islaamummaan_Dubartootaf_Qabu.
#እስልምና_ለሴቶች_ያለው_ክብር።
Sagantaa Da'awaa guddaa Dubartoota qofaaf Keessummaa Kabajaa Waliin
ትልቅ የደዕዋ ፕሮግራም #ለሴቶች ብቻ ከክቡር እንግዳ ጋር።
Guyyaa ቀን ቅዳሜ 15/08/2014
Ganama ⏱️ ከጥዋቱ 2:30
Iddoo Salaata Iidaa (masgiida Umar)
ቦታ የእድ መስጊድ (ዑመር መስጊድ)
"Dubartiin islaamummaaf Kabaja Islaamummaf lafee dugugguruu duugdaati" Amantii Keenyaf kabaja Diin keenyaf!🙏
Qopheessan:-Jam'aa Barattoota Muslimaa university Rifty Valiy🧡
Odeeffanno Dabalataaf☎️
📞+251921083552
📞+251904787838
📞+251910413564
"ሴት የእስልምና ክብርና የእስልምና የጀርባ አጥንት ናት" ክብር ለእምነታችን ክብር ለዲናችን!!🙏
አዘጋጅ:- ሪፍት ቫሊ ዩኒቨርሲቲ ሙስሊም ተማሪዎች ጀመአ🧡
ለተጨማሪ መረጃ ☎️
📞+251921083552
📞+251904787838
📞+251910413564
📱📝 @RVUMSJ_BOT
📱📝 @RVUMSJ

#Leeylatul #Qadr
Kurnan Boodaa Keessa Leeylatul Qadr Barbaaduu Ramadaana Keessa:
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆
عن عائشة رضى الله عنها، أن رسول الله صلى الله عليه وسلم قال: تحروا ليلة القدر في الوتر من العشر الأواخر من رمضان.
Aa'ishaa irraa (ra): Rasuulli Sallallaahu aleeyhi wasallam jedhanii:"Kurnan boodaa Ramadaanaa irraa halkan murtii ykn leeylatul qadr witrii/kopxii (guyyaa 21ffaa, 23ffaa, 25ffaa, 27ffaa fi 29ffaa) keessa barbaadaa." {Sahiih Al-Bukhaarii: 2017}
T.me/Sammaan

Telegram
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai

Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti, Kutaan Bulchiinsa Magaalaa Addis Katamaa, manneen jireenyaa 127 namoota harka qalleeyyii ta’aniif dabarsee kenne.
Jiraatota magaalichaa waggoota dheeraaf mana jireenyaa dhabuun rakkachaa turaniifi harka qalleeyyii ta’aniif akka kennames himameera.
Manneen jireenyaa kunis kanneen karaa seeraan alaa qabamanii turan jedhameera.
Manneen jireenyaa kanas Kantibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee jiraatotaa kanneeniif dabarsanii kennaniiru.(TOI)

-Ajrii ykn Galata Guyyaan Jumu'aa qabu:
.
عن أوس بن أوس عن النبي صلى الله عليه وسلم قال: من غسل واغتسل وغدا وابتكر ودنا من الإمام و لم يلغ كان له بكل خطوة عمل سنة صيامها وقيامها.
.
Rasuulli Sallallaahu aleeyhi wasallam akkana jedhan: "Inni dhiqachiise (maatii isaa), ka dhiqate (ofiifis), kan ganamfate (ganamaan/yeroon masjiida kan dhaqe), kan gorsa ykn khuxbaa dhaqqabate, kan imaamatti dhihaatee taa'e (saffaa jalqabaa argatee taa'e), kan hin haasawin (dubbatin) cufa tarkaanfiitiin ni taati isaaf (jumu'aan) dalagaa waggaa soomana isaatii fi salaata isaa. {Sunan An-Nasa'ii: 1392}
.@Sammaan

#Eenyummaan Keenya Isa Yeroo Qofaa Keenya Hojjennudha Malee Isa Uummata Biratti Qofa Hojjennu Miti. Nama Duratti Wanta Qajeelaa Hojjenna Ta'ee, Yeroo Qofaa Keenyaa Immoo Wanta Jal'inaa Hojjenna Yoo Ta'e Eenyummaan Keenya Sun Jal'ina.
@Jechoota_gamnaa
@Sammaan
@Jechoota_gamnaa
@Sammaan
✅ Anoo Deemuuf Ka'e😭
✍✍✍✍✍✍✍✍✍
Anoo deemuuf ka'ee
Dafaa na saammadhaa
Hamma wal garruufuu
Nagaa nadhaammadhaa
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
Ummata musliimaaf
An kennaa rabbiitii
Qulqulleessaa dilii
Saamunaa zambiitii
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Yaa warra amantan
Jechuun isin yaamee
Ramadaana soomaa
Kan isiniif dhaamee
🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷
Akka sodaattaniif
Rabbiin na wajjabee
Lubbuudhan jiraatee
Namni na qaqqabee
🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴
Rabbiin kennaa guddoo
Ana keessa kaa'ee
Kan dhugaan na soome
Dhugumaan milkaa'ee
♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Isiniif badhaasa
Anoo rabbiin biraa
Halkan kabajamaan
Ana keessa jiraa
🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷
Halkan tokkichisaa
Caalu baatii kumaa
Badhaafamuu feenan
#Kurnan gara dhumaa
🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲
Ibaadatti cimnaan
Kurnan boodaa keessaa
Keeyrii halkan sanaa
Rabbiin si milkeessaa
💐💐💐💐💐💐💐💐
Kan rabbiin kadhateef
Ni baati haajanii
Kan rabbiin milkeessef
Qabama baajannii
🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿
Yaa mootii aalamaa
Kanas nu milkeessii
Isa bara dhufuus
Nagaan nu geessii🤲🤲
♻️🌹🌹♻️♻️🌹🌹♻️
#please join&share
👇👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
T.me/Sammaan
✍✍✍✍✍✍✍✍✍
Anoo deemuuf ka'ee
Dafaa na saammadhaa
Hamma wal garruufuu
Nagaa nadhaammadhaa
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
Ummata musliimaaf
An kennaa rabbiitii
Qulqulleessaa dilii
Saamunaa zambiitii
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Yaa warra amantan
Jechuun isin yaamee
Ramadaana soomaa
Kan isiniif dhaamee
🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷
Akka sodaattaniif
Rabbiin na wajjabee
Lubbuudhan jiraatee
Namni na qaqqabee
🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴
Rabbiin kennaa guddoo
Ana keessa kaa'ee
Kan dhugaan na soome
Dhugumaan milkaa'ee
♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Isiniif badhaasa
Anoo rabbiin biraa
Halkan kabajamaan
Ana keessa jiraa
🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷
Halkan tokkichisaa
Caalu baatii kumaa
Badhaafamuu feenan
#Kurnan gara dhumaa
🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲
Ibaadatti cimnaan
Kurnan boodaa keessaa
Keeyrii halkan sanaa
Rabbiin si milkeessaa
💐💐💐💐💐💐💐💐
Kan rabbiin kadhateef
Ni baati haajanii
Kan rabbiin milkeessef
Qabama baajannii
🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿
Yaa mootii aalamaa
Kanas nu milkeessii
Isa bara dhufuus
Nagaan nu geessii🤲🤲
♻️🌹🌹♻️♻️🌹🌹♻️
#please join&share
👇👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
T.me/Sammaan
Telegram
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
#Shamarran_Uzrii_Qabaniif
🌹Warri rakkoo qabdanis qooda keessaa hin dhabdanii Amshiraa.
(#Halkan_Kabajaa)
➲Dubartiin gariin sababa xuriin laguu nutti jiruuf jecha Ibaadaa baay'ee dalagataa hin jirru, gaheen keenna manuma qulqulleessuu fi suuqii waa sheemachuu jedhanii, yaaddoo guddaa keessa seenanii jiran.
✔Amshir obboleettii too hin yaadinii balballi keeyrii banaadhaa, keessaa :
➛Qalbii fi Arrabaanis Zikrii gochuu dandeessa,
➛Du’aa'ii kadhachuu dandeessa,
➛Umaalee Rabbii xiinxalluu dandeessa, teessee lubbuu tee gamaggamuun ibaadaa jabduudhaa.
➛Harkaan hin tuqin malee Qur’aanas qara’uu dandeessa,
➛Waan Rabbiin sirratti barreesse kana amantee fudhachuu qabda,
➛Ijoollee Ibaadaa irratti kunuunsuu qabda,
➛Toltuu adda addaa keessatti hirmaachuu dandeessa,
➛Nyaata qopheessitee warroota soomaan oolan faxxarsiisuu dandeessa,
➛Warroota Soomaan oolan kaddamuun ajrii guddaa akka qabu yoomuu hin irraanfatin.
#Ufin_tuffatin_obboleettii_tiyya.
✍@Ibroo
Join👉https://t.me/tafak_or

𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf