Forwarded from TIKVAH-ETHIOPIA
#NE2014
ከትምህርት ምዘናና ፈተናዎች አገልግሎት በተገኘው መረጃ የ2014 ዓ/ም የ12ኛ ክፍል ብሄራዊ ፈተና ለመስጠት ዝግጅት እየተደረገ ነው።
ፈተናው የሚያጠቃልለው ከ9ኛ ክፍል እስከ 12ኛ ክፍል ሲሆን የ " ኢኮኖሚክስ " ትምህርትን እንደማያካትት ከአገልግሎቱ ያገኘነው መረጃ ያመለክታል።
የፈተናው ቅድመ ዝግጅት እየተጠናቀቀ መሆኑን የሚገልፀው አገልግሎቱ፤ ከአሁን በኃላ ከINSA፣ ከብሄራዊ መረጃና ደህንነት እና ከፌዴራል ፖሊስ ጋር በመቀናጀት የፈተናውን ዝግጅት የሚጀምርበት ነው ብሏል።
በ2013 ዓ/ም ብሄራዊ ፈተና ከገጠሙ ችግሮች አንፃር የ2014 ዓ/ም ፈተና በምን መልኩ ነው የሚሰጠው ? እንዴትስ ከዚህ በፊት የገጠሙ ችግሮችን በሚፈታ መንገድ ፈተናው ይሰጣል በሚለው ላይ ውይይት እየተደረገ ነው ተብሏል።
እስካሁን የ2014 ዓ/ም ብሄራዊ ፈተና የሚሰጥበት ቀን ያልተገለፀ ሲሆን በተለያዩ የማህበራዊ ሚዲያ ላይ የሚሰራጩ መረጃዎች ትክክለኛ አይደሉም።
በሌላ በኩል፥ በ2013 ዓ/ም ፈተናቸውን የወሰዱና የመንግስት ዩኒቨርሲቱ መግቢያ ነጥብ ያስመዘገቡ ተማሪዎች እስካሁን (የዓመቱ 8ኛ ወር ገብቷል) ምደባቸው ይፋ ያልሆነ ሲሆን መቼ ይፋ እንደሚሆን የታወቀ ነገር የለም።
ከፈተናው ጋር በተያያዘ ለትምህርት ምዘናና ፈተናዎች አገልግሎት የቀረቡ ቅሬታዎች እየታዩ ሲሆን ከመነሻው ጅምሮ አጠቃላይ ቅሬታቸውን ያመለከቱ ወደ 30 ሺ የሚደርሱ ተማሪዎች እንደሆኑና እስከትላንት በስቲያ ድረስም ቅሬታዎች እየታዩ እንደነበር ተገልጿል።
ምደባን በተመለከተ ከቀናት በፊት የትምህርት ሚኒስቴር አመራሮች ለቲክቫህ ኢትዮጵያ በላኩት መልዕክት ተማሪዎችና ወላጆች ለትንሽ ጊዜ እንዲታገሱ እና በማህበራዊ ሚዲያ ከሚሰራጩ ሀሰተኛ መረጃዎች እራሳቸውን እንዲጠብቁ መልዕክት ማስተላለፋቸው ይታወሳል።
@tikvahethiopia

#OduuAmme
Ministeerri Maallaqaa Shaqaxaaleen bu’uuraa eeyyama Sharafa alaa malee kallattiin akka galan murteessuu beeksiseera.
Shaqaxaaleen bu’uuraa kanneen akka Zayita nyaataa, Qamadii, Sukkaarri, Aannan Daa’immanii fi Ruuziin eeyyama sharafa alaa malee kallattiin karaa Komishinii Gumrukaan akka galan murtaa’uu Ministeerri Maallaqaa beeksiseera.
Ministeerri Maallaqaa akkaataa Xaalayaa gaafa guyyaa 22 /3/2013 lakkoofsa MA. 30 /7/ 51 barreesseen dhimmi kun akka raawwaatu, raawwii isaa ilaalchisee qaamolee dhimmi ilaallatu waliin hordoffii fi to’annoo cimaan akka taasiifamu murtaa'ee jira.
Maddi :- Ministeera Maallaqa
@tikvahethafaanoromoo

Forwarded from Nuuralhudaa (TU)
Ilmi namaa uumama hir’ina qabuudha. Qaama dadhabu kenname. Jireenya isaa tolfachuuf hojjachuun dirqama isaati. Namni hojjatu ammoo ni dadhaba. Namni dadhabe boqonnatti haajama. Boqonnaa Rabbi nu badhaase keessaa inni guddaan hirriba. Kanaaf Rabbiin Qur’aana keessatti halkan yeroo boqonnaa isinii goone jedhe. Wayta lafti dukkanaawu firaasha irra baanee gad ciisna. Waan achi booda mudatu hin beeknu. Rafnee addunyaa biroo keessa seenna. Rabbiin keenyallee haala san keessatti nu eegee, wayta lafti bariitu hirriibaa nu dammaysa. ALHAMDULILLAH. Hirribni wantoota ilma namaatiif haalaan barbaachisaa ta’an keessaa isa tokko. Namni hirriba gahaa hin rafne rakkoo garagaraatiif saaxilama. Kanaaf ogeeyyiin fayyaatis hirribatti nama ajajan. qabxiilee ajaa’ibaa hirribaan wal qabatan INSTANT VIEW tuqaa dubbisaa. https://blog.nuuralhudaa.com/ajaaiba-hirriibaa-ff4d3d98855b
Medium
Ajaa’iba Hirriibaa
Ilmi namaa uumama hir’ina qabuudha. Qaama dadhabu kenname. Jireenya isaa tolfachuuf hojjachuun dirqama isaati. Namni hojjatu ammoo ni…
Ministeerri Maallaqaa Shaqaxaaleen bu’uuraa eeyyama Sharafa alaa malee kallattiin akka galan murteessuu beeksiseera.
Shaqaxaaleen bu’uuraa kanneen akka Zayita nyaataa, Qamadii, Sukkaarri, Aannan Daa’immanii fi Ruuziin eeyyama sharafa alaa malee kallattiin karaa Komishinii Gumrukaan akka galan murtaa’uu Ministeerri Maallaqaa beeksiseera.
Ministeerri Maallaqaa akkaataa Xaalayaa gaafa guyyaa 22 /3/2013 lakkoofsa MA. 30 /7/ 51 barreesseen dhimmi kun akka raawwaatu, raawwii isaa ilaalchisee qaamolee dhimmi ilaallatu waliin hordoffii fi to’annoo cimaan akka taasiifamu murtaa'ee jira.
Maddi :- Ministeera Maallaqa
@Sammaan

#JIREENYA_GAMMACHUU
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
☑️Ilmi namaa hundi osoo
wantoota 5 yeroo mara
yaadatee silaa waanuma
hundaafuu hin dhiphatu
ture...
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
Isaanis
1. Wanti tahuuf murtaawe hin hafu wanti hin murtaawinis hin raawwatamu...
2.Gammachuun nama biraa gammachuu teetirraa hin qoodamtu inniniis rabbi biraa qooda isaa qofa argata...
3. Daldalli obboleysi khee daldalu rizqii isaarraahi osoo ati yeroo 100 shira xaxaa ooltee waa isaaf barreeyfame numa arkata...
4. Gammachuun jireenyaa qabeenyaan osoon tahin barakaadhaan argamti : barakaanis bololaan osoon tahin du'aaii fi carraaqqataan argamti...
5. Rabbiin nama jaallatu qofaaf Iimaana Barakaa fi Tasgabbii badhaasa Qabeenyaa fi Bolola garuu nama hin jaallannes ni badhaasa...
Yaa rabbi nama waan qabuun tasgabbaawee Barakaa tee abdatee gammachuu ganda lachuu arkate nu taasisi??
Aamiin ya Allah!
Aamiin ya Allah!
Aamiin ya Allah!
Yaa ilaahal aalamiin
__________________
https://t.me/hidaayatube
T.me/Sammaan

Hadiisa Abdallaah bin Amri odeyseen ergamaan Rabbii Muhammadﷺ "Soommanaafi Qur'aanni guyyaa Qiyaamaa gabrichaaf ragaa bahan. Soommanni 'yaa Rabbi, guyyaa nyaataafi fedhii isaa akka hin baaneen dhoorke, magantaan isaaf seene naaf hayyami' jedha. Qur'aannis 'yaa Rabbi halkaniin hirriba isa dhoorke, magantaan isaaf seene naaf hayyami' jedha. Akkasitti magantaa fudhatama qabdu seenan" jedhan
[Sahiihul-Jaami' 3882]
- Soommanaafi Salaanni gaafa Qiyaamaa lubbuu godhatanii magantaa nuuf dhaabbatan. Magantaan isaanii ni Qeebalamti. Silas magantaan Soommanaafi Qur'aanaa dhiifamtee tamtu fudhatama arkata? Soommanaafi Salaata halkanii haa jabeessinu. Hadiisa kana keessatti Salaanni halkanii "Qur'aana" ja'amee dubbatame. Halkan yeroo Salaannu Qur'aana dheereessinee qara'uu akka qabnu irraa hubanna.
NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa

#Dhiigaa_fi_Sooma
👉Nama sooma qaburraa dhiigni yoo baye :
➛Koobaadhaan yoo irraa bahe, sooma ni balleessa.
➛ Dhiigni baay’een fedhiidhaan yoo namarraa bahes (Dhiiga arjoomu), soomni ni bada.
➛ Dhiigni fedhii kee malee sirraa bahe ( Funuuna, namni yoo Albeedhaan si waraane, mudonnoodhaan ) sooma kee hin balleessu.
➛ Dhiigni xiqqaan tasa yoo sirraa bahe ( Fakkeenya Mirmaraadhaaf ) homaa dhiibbaa hin qabu.
Join👉@tafak_or

Forwarded from Nuuralhudaa (Abbaas)
Hadiisa Abdallaah bin Amri odeyseen ergamaan Rabbii Muhammadﷺ "Soommanaafi Qur'aanni guyyaa Qiyaamaa gabrichaaf ragaa bahan. Soommanni 'yaa Rabbi, guyyaa nyaataafi fedhii isaa akka hin baaneen dhoorke, magantaan isaaf seene naaf hayyami' jedha. Qur'aannis 'yaa Rabbi halkaniin hirriba isa dhoorke, magantaan isaaf seene naaf hayyami' jedha. Akkasitti magantaa fudhatama qabdu seenan" jedhan
[Sahiihul-Jaami' 3882]
- Soommanaafi Salaanni gaafa Qiyaamaa lubbuu godhatanii magantaa nuuf dhaabbatan. Magantaan isaanii ni Qeebalamti. Silas magantaan Soommanaafi Qur'aanaa dhiifamtee tamtu fudhatama arkata? Soommanaafi Salaata halkanii haa jabeessinu. Hadiisa kana keessatti Salaanni halkanii "Qur'aana" ja'amee dubbatame. Halkan yeroo Salaannu Qur'aana dheereessinee qara'uu akka qabnu irraa hubanna.
NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa
[Sahiihul-Jaami' 3882]
- Soommanaafi Salaanni gaafa Qiyaamaa lubbuu godhatanii magantaa nuuf dhaabbatan. Magantaan isaanii ni Qeebalamti. Silas magantaan Soommanaafi Qur'aanaa dhiifamtee tamtu fudhatama arkata? Soommanaafi Salaata halkanii haa jabeessinu. Hadiisa kana keessatti Salaanni halkanii "Qur'aana" ja'amee dubbatame. Halkan yeroo Salaannu Qur'aana dheereessinee qara'uu akka qabnu irraa hubanna.
NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa
Rabbiin si haa milkessu.
Galmaan si haa gahu.
Gufuu halkaniif guyyaa Rabbiin si jalaa haa buqqisu.

Baankiin Awaash baankoota addunyaa filatamaa kessaa isa tokko ta’uun filatameera.
Gloobaal Faaynaans yeroo 29ffaaf baankii filatamoo bara 2021 ifoomseera. Haaluma kanaan ardii Afrikaarraa baankii 36 filatamaniiru.
Afrikaarraa filatamaa 1ffaan Baankii Afrikaa Kibbaa Istaandard Baank jedhamu yoo ta’u Ityoophiyaarraa ammoo Baankiin Awaash filatameera.
Kunis baankota dhuunfaarraa kan jalqabaa isa taasisuu fi seenaa haaraa galmeessuu obbo Tsahaay ibsaniiru. Bara 2021tti bu’aan waliigalaa baankichaa Birrii biiliyoona 5.5 ga’uu eerameera.

Hadiisa al-Qudsii Abuu Hureyraan odeyseen ergamaan Rabbiiﷺ "Soommana malee dalagaan ilmi Aadam dalagu hundi isumaafi. Soommanni naafi, anaatu galata galchaaf' ja'a Rabbiin" ja'an. [Bukhaarii]
- Rabbiin warra Soommanu Jannataan gammachiisa, ibiddarraa ni fageessa. Soommana malee galata Ibaadaan biroo qabdu Rabbiin adda addaan dubbate. Garuu galata warra Soommaneef boru galchuu taa'u hunda hin ifoomsine. Badhaasa addaa hin himamin isaaniif qopheessee jiraachuu tuqe. Soommanni mataa isaatti Ibaadaa gararree hedduu if keessatti hammata. Obsa, arjoomaafi if gad qabuutti nama kakaasa. Warra keessaafi gubbaan Soommane Rabbumaatu beeka. Yaa milkii warra Soommanee!

Forwarded from Ahmedin Jebel - አሕመዲን ጀበል
🛑 ቀብራቸው ዛሬ ይፈፀማል
🛑 Awwalchi isaanii har'a raawwatama
==================
📌 የሼክ አህመድ መሀመድ በትናንትናው ዕለት በሆለታ ከተማ መገደላቸው ይታወሳል። ቀብራቸው ዛሬ (11/08/2014) በሆለታ ከተማ ይፈፀማል። ሬሳቸው ከአወሊያ በመውሰድ ቀብሩ ስለሚፈፀም እዚያ አከባቢና ግዜ ያላችሁ ወንድሞች በክብር እንደተሸኙና ሰላተል ጀናዛቸው ላይ እንድትቆሙ ጥሪ እናስተላልፋለን።
የኦሮሚያ መጅሊስ
📌 Shek Ahmed Mohammed kan kaleessa Holataatti ajjeeffaman guyyaa har'aa 11/08/14 reenfi isaanii Awwaliyaa irraa fuudhamuun Holataatti awwaalama.
Kanaaf muslimoonni naannoo sana jirtan kabajaan reenfa isaanii akka geggessitan dhaamsa isiniif dabarsina.
Majlisa oromiyaa

Forwarded from Oromia Education Bureau (🅱ëķërĐøtČøm)
Barattoonni bara 2013 qormaata biyyoolessaa fudhatanii qabxii darbiinsa Yuuniversiitii hin arganne bara kana irra deebi'anii akka qoraman murtaa'eera
...
Ministeerri Barnootaa hoggantoota Biiroo Barnootaa Naannolee waliin ta'uun barattoonni bara 2013 qormaata biyyoolessaa fudhatanii qabxii darbiinsaa seensa Yuuniversiitii hin argatin hafan akka barattoota idileetti (regular) irra deebi'uun qormaata biyyoolessaa bara 2014 fudhachuu akka danda'an murteesseera.
Sababni murtoo kanaa barattoonni qormaata biyyoolessaa bara 2013 fudhatan rakkoolee garaa garaa kanneen akka dhibee COVID-19, rakkoo nageenyaa biyyi keessa turteefi yeroo qormaataaf karoorfame keessatti osoo hin fudhatin waan turaniif xiinsammuu barattootaa irratti dhiibbaa uumuu danda'a jedhamee waan yaadameef barattoonni qoramaata biyyoolessaa bara 2013 fudhatanii qabxii darbiinsa Yuunvarsiistii hin arganne qormaata biyyoolessaa bara 2014 kennamu irraa deebi'anii akka qoramaniif murtaa'eera.
Bu'uruma kanaan caasaan barnootaa, hawaasnii dhimmamtoonni barnootaa hundi kana ilaalcha keessa galchuun:-
1. Qormaanni biyyoolessaa bara 2013 bara 2014 kana keessa waan kennameef, yeroon qormaanni kun itti kennames bara barumsaa kana keessa waan ta'eef barattoonni dubbisuun qormaata kanaaf of qopheessuu akka danda'aniif maatiin hordoffii akka taasisan
2. Barattoonni kunneen mana barumsaa itti baratan deemanii daree galanii barachuu yoo barbaadan manni barumsaafi barsiistonni kana hubatanii deggeruufi keessummeessuu akka danda'an Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksiseera.
@oromiaeducationbureaudotcom

Forwarded from BBC AFAAN OROMOO
Bulchaan Aanaa Kiiramuu Obbo Balaay Dassaalee finxaaleyyiin Amaaraa Oromoon hundi, akkasumas caasaan mootummaa sadarkaan akka Shanee ta'etti hubachuun haleellaa raawwataa jiru jedhan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/usVxFL5

BBC News Afaan Oromoo
Nageenya Oromiyaa: 'Uummanni Oromoo hundi 'Shaneedha' jedhanii dararaa jiru'- Bulchaa Kiiramuu
Bulchaan Aanaa Kiiramuu Obbo Balaay Dassaalee finxaaleyyiin Amaaraa Oromoon hundi, akkasumas caasaan mootummaa sadarkaan akka Shanee ta'etti hubachuun haleellaa raawwataa jiru jedhan.
Forwarded from Oromia Education Bureau (🅱ëķërĐøtČøm)
Ebla11, 2014
Qormaata Biyyoolessaa Bara 2013 Qabxii Barattootaa Irratti Komii Dhiyaateen Murtoo Darbe
Ministeerri barnootaa fi hoggantoonni Biiroolee Barnootaa Naannolee waliin ta'uun komii qabxii barattootaa qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2013 kenname irratti naannolee rakkoon nageenyaa mudatee jiru irratti bu'uureffachuun murtoon addaa kennamee jira.
Haaluma kanaan ;qormaata Biyyoolessaa bara 2013 kutaa 12ffaa barattoonni 598,679 ta’an kan fudhatan yammuu ta’u; kanneen keessaa barattoonni 253,572 ta’an Oromiyaa keessatti argamu.
Barattoota akka biyyaatti qormaata fudhatan keessaa barattoonni qabxii digirii jalqabaa barachuuf carraa argatan 268,628 yammuu ta’u; Barattoonni 134,010 (52.8%) ta’an Oromiyaa keessaa qabxii darbiinsaa kan argatanidha.
Barattoota akka biyyaatti armaan olitti digirii jalqabaa akka barataniif carraa argatan keessaa Yuunivarsiistii Mootummaatti galanii kanneen barachuu danda’an 152,014 yoo ta’an; Oromiyaa keessaa ammoo barattoonni 78,997 (52%) qabxii fidaniin Yuunivarsiistii Mootummaa galanii carraa barachuu argataniiru
Akka komiitti naannoleen rakkoo nageenyaa qaban bifa addaan akka ilaalamuuf gaaffii dhiyeessan;
1. Naannoo Amaaraa
2. Affaar
3. Beeniishaangul Gumuz fi
4. Oromiyaa yammuu ta’an;
Akkaatuma gaaffii naannolee irraa dhiyaateen barattoonni bifa addaan murtoo addaan ilaalameef 8,080 ta’an Yuunivarsiistii seenanii akka barataniif carraa argataniiru.
Kanneen keessaa gahoon naannolee
Oromiyaan Barattoota 3,628
Amaaraan barattoota 4,339
Affaar Barattoota 31
Beeniishaangul Gumuz barattoota 82
Yoo ta’an; akka waliigalaatti barattoonni carraa yuunivarsiitii mootummaa galanii barachuu danda’an walumatti 160,094 yoo ta’u as keessaa barattoonni 82,625 (51.6%) ta’an Oromiyaa keessaati.
Akka Naannoo Oromiyaatti godinaalee fi Bul.Magaalotaa rakkoo negeenyaa qaban qabxii yuunivarsiitii isaan galchu hin argatiin hafan komii dhiyaate bu’uureffachuun carraan biraa akka kennamuuf gaaffii dhiyaateen qormaata biyyaalessaa bara 2014 kennamu keessatti hammatamanii idileedhaan barattoota isaanii kanneen qorsiisan;
1. Qeellam Wallaggaa
2. Wallaggaa Lixaa
3. Wallaggaa Bahaa
4. H/ G/ Wallaggaa
5. Sh/Lixaa
6. Gujii fi
7. Gujii Lixaa guutummaan barattoonni irra deebiin qormaaticha kan fudhatan yammuu ta’u;
Godinaalee fi aanaaleen muraasni bakkeewwan rakkoo nageenyaa addatti qaban ammoo;
Godina Shawaa Kaabaa aanaalee 7
Darraa
Hidhabuu Abootee
Yaayyaa Gullallee
Dagam
Giraar Jaarsoo
Warra Jaarsoo fi
Kuyyuu
Godina Booranaa aanaa 3
Areeroo
Mi’oo fi
Dilloo
Godina Jimmaa
Limmuu Saqqaa
Noonnoo Beenjaa
God.H/Lixaa aanaa 2
Mi’eessoo fi
Gumbii Bordoddee
God. Sh/Bahaa aanaa 2
Fantaallee fi
Boosatt
God.Har./Bahaa aanaa 1
Cinaaksan
Bul.Magaalaa Naqamtee fi
Amboo
Barattoota isaanii irra deebiin akka qorsiisaniif murteen addaa kennamee jira.
Murtoon addaa kun akka naannoo Oromiyaatti carraa guddaa waan ta’eef; barattoonni carraa kana argattan sirriitti bifa tasgabbiidhaan qo’achuun qophii keessan haalaan akka itti fuftan Biiroon Barnootaa Oromiyaa dhaamsa isiniif dabarsa.
Carraa Gaarii!!