Forwarded from Nuuralhudaa (Abbaas)
Irra caalaan Zikrii halkaan Jummaa fi guyyaa Jummataa Salawaata. Nabiin ﷺ akkana jedhan:
"Nama Salawaata takka narratti buuse Rabbiin Rahmata 10 isarratti buusa, cubbuu 10 irra haqa, sadarkaa 10 isaaf ol fuudha.
Sallallaahu Aleeyhi Wassalam.
NuuralHudaa
Soora Qalbii Muslimaa

Forwarded from TIKVAH-ETHIOPIA
#NE2014
ከትምህርት ምዘናና ፈተናዎች አገልግሎት በተገኘው መረጃ የ2014 ዓ/ም የ12ኛ ክፍል ብሄራዊ ፈተና ለመስጠት ዝግጅት እየተደረገ ነው።
ፈተናው የሚያጠቃልለው ከ9ኛ ክፍል እስከ 12ኛ ክፍል ሲሆን የ " ኢኮኖሚክስ " ትምህርትን እንደማያካትት ከአገልግሎቱ ያገኘነው መረጃ ያመለክታል።
የፈተናው ቅድመ ዝግጅት እየተጠናቀቀ መሆኑን የሚገልፀው አገልግሎቱ፤ ከአሁን በኃላ ከINSA፣ ከብሄራዊ መረጃና ደህንነት እና ከፌዴራል ፖሊስ ጋር በመቀናጀት የፈተናውን ዝግጅት የሚጀምርበት ነው ብሏል።
በ2013 ዓ/ም ብሄራዊ ፈተና ከገጠሙ ችግሮች አንፃር የ2014 ዓ/ም ፈተና በምን መልኩ ነው የሚሰጠው ? እንዴትስ ከዚህ በፊት የገጠሙ ችግሮችን በሚፈታ መንገድ ፈተናው ይሰጣል በሚለው ላይ ውይይት እየተደረገ ነው ተብሏል።
እስካሁን የ2014 ዓ/ም ብሄራዊ ፈተና የሚሰጥበት ቀን ያልተገለፀ ሲሆን በተለያዩ የማህበራዊ ሚዲያ ላይ የሚሰራጩ መረጃዎች ትክክለኛ አይደሉም።
በሌላ በኩል፥ በ2013 ዓ/ም ፈተናቸውን የወሰዱና የመንግስት ዩኒቨርሲቱ መግቢያ ነጥብ ያስመዘገቡ ተማሪዎች እስካሁን (የዓመቱ 8ኛ ወር ገብቷል) ምደባቸው ይፋ ያልሆነ ሲሆን መቼ ይፋ እንደሚሆን የታወቀ ነገር የለም።
ከፈተናው ጋር በተያያዘ ለትምህርት ምዘናና ፈተናዎች አገልግሎት የቀረቡ ቅሬታዎች እየታዩ ሲሆን ከመነሻው ጅምሮ አጠቃላይ ቅሬታቸውን ያመለከቱ ወደ 30 ሺ የሚደርሱ ተማሪዎች እንደሆኑና እስከትላንት በስቲያ ድረስም ቅሬታዎች እየታዩ እንደነበር ተገልጿል።
ምደባን በተመለከተ ከቀናት በፊት የትምህርት ሚኒስቴር አመራሮች ለቲክቫህ ኢትዮጵያ በላኩት መልዕክት ተማሪዎችና ወላጆች ለትንሽ ጊዜ እንዲታገሱ እና በማህበራዊ ሚዲያ ከሚሰራጩ ሀሰተኛ መረጃዎች እራሳቸውን እንዲጠብቁ መልዕክት ማስተላለፋቸው ይታወሳል።
@tikvahethiopia

#OduuAmme
Ministeerri Maallaqaa Shaqaxaaleen bu’uuraa eeyyama Sharafa alaa malee kallattiin akka galan murteessuu beeksiseera.
Shaqaxaaleen bu’uuraa kanneen akka Zayita nyaataa, Qamadii, Sukkaarri, Aannan Daa’immanii fi Ruuziin eeyyama sharafa alaa malee kallattiin karaa Komishinii Gumrukaan akka galan murtaa’uu Ministeerri Maallaqaa beeksiseera.
Ministeerri Maallaqaa akkaataa Xaalayaa gaafa guyyaa 22 /3/2013 lakkoofsa MA. 30 /7/ 51 barreesseen dhimmi kun akka raawwaatu, raawwii isaa ilaalchisee qaamolee dhimmi ilaallatu waliin hordoffii fi to’annoo cimaan akka taasiifamu murtaa'ee jira.
Maddi :- Ministeera Maallaqa
@tikvahethafaanoromoo

Forwarded from Nuuralhudaa (TU)
Ilmi namaa uumama hir’ina qabuudha. Qaama dadhabu kenname. Jireenya isaa tolfachuuf hojjachuun dirqama isaati. Namni hojjatu ammoo ni dadhaba. Namni dadhabe boqonnatti haajama. Boqonnaa Rabbi nu badhaase keessaa inni guddaan hirriba. Kanaaf Rabbiin Qur’aana keessatti halkan yeroo boqonnaa isinii goone jedhe. Wayta lafti dukkanaawu firaasha irra baanee gad ciisna. Waan achi booda mudatu hin beeknu. Rafnee addunyaa biroo keessa seenna. Rabbiin keenyallee haala san keessatti nu eegee, wayta lafti bariitu hirriibaa nu dammaysa. ALHAMDULILLAH. Hirribni wantoota ilma namaatiif haalaan barbaachisaa ta’an keessaa isa tokko. Namni hirriba gahaa hin rafne rakkoo garagaraatiif saaxilama. Kanaaf ogeeyyiin fayyaatis hirribatti nama ajajan. qabxiilee ajaa’ibaa hirribaan wal qabatan INSTANT VIEW tuqaa dubbisaa. https://blog.nuuralhudaa.com/ajaaiba-hirriibaa-ff4d3d98855b
Medium
Ajaa’iba Hirriibaa
Ilmi namaa uumama hir’ina qabuudha. Qaama dadhabu kenname. Jireenya isaa tolfachuuf hojjachuun dirqama isaati. Namni hojjatu ammoo ni…
Ministeerri Maallaqaa Shaqaxaaleen bu’uuraa eeyyama Sharafa alaa malee kallattiin akka galan murteessuu beeksiseera.
Shaqaxaaleen bu’uuraa kanneen akka Zayita nyaataa, Qamadii, Sukkaarri, Aannan Daa’immanii fi Ruuziin eeyyama sharafa alaa malee kallattiin karaa Komishinii Gumrukaan akka galan murtaa’uu Ministeerri Maallaqaa beeksiseera.
Ministeerri Maallaqaa akkaataa Xaalayaa gaafa guyyaa 22 /3/2013 lakkoofsa MA. 30 /7/ 51 barreesseen dhimmi kun akka raawwaatu, raawwii isaa ilaalchisee qaamolee dhimmi ilaallatu waliin hordoffii fi to’annoo cimaan akka taasiifamu murtaa'ee jira.
Maddi :- Ministeera Maallaqa
@Sammaan

#JIREENYA_GAMMACHUU
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
☑️Ilmi namaa hundi osoo
wantoota 5 yeroo mara
yaadatee silaa waanuma
hundaafuu hin dhiphatu
ture...
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
Isaanis
1. Wanti tahuuf murtaawe hin hafu wanti hin murtaawinis hin raawwatamu...
2.Gammachuun nama biraa gammachuu teetirraa hin qoodamtu inniniis rabbi biraa qooda isaa qofa argata...
3. Daldalli obboleysi khee daldalu rizqii isaarraahi osoo ati yeroo 100 shira xaxaa ooltee waa isaaf barreeyfame numa arkata...
4. Gammachuun jireenyaa qabeenyaan osoon tahin barakaadhaan argamti : barakaanis bololaan osoon tahin du'aaii fi carraaqqataan argamti...
5. Rabbiin nama jaallatu qofaaf Iimaana Barakaa fi Tasgabbii badhaasa Qabeenyaa fi Bolola garuu nama hin jaallannes ni badhaasa...
Yaa rabbi nama waan qabuun tasgabbaawee Barakaa tee abdatee gammachuu ganda lachuu arkate nu taasisi??
Aamiin ya Allah!
Aamiin ya Allah!
Aamiin ya Allah!
Yaa ilaahal aalamiin
__________________
https://t.me/hidaayatube
T.me/Sammaan

Hadiisa Abdallaah bin Amri odeyseen ergamaan Rabbii Muhammadﷺ "Soommanaafi Qur'aanni guyyaa Qiyaamaa gabrichaaf ragaa bahan. Soommanni 'yaa Rabbi, guyyaa nyaataafi fedhii isaa akka hin baaneen dhoorke, magantaan isaaf seene naaf hayyami' jedha. Qur'aannis 'yaa Rabbi halkaniin hirriba isa dhoorke, magantaan isaaf seene naaf hayyami' jedha. Akkasitti magantaa fudhatama qabdu seenan" jedhan
[Sahiihul-Jaami' 3882]
- Soommanaafi Salaanni gaafa Qiyaamaa lubbuu godhatanii magantaa nuuf dhaabbatan. Magantaan isaanii ni Qeebalamti. Silas magantaan Soommanaafi Qur'aanaa dhiifamtee tamtu fudhatama arkata? Soommanaafi Salaata halkanii haa jabeessinu. Hadiisa kana keessatti Salaanni halkanii "Qur'aana" ja'amee dubbatame. Halkan yeroo Salaannu Qur'aana dheereessinee qara'uu akka qabnu irraa hubanna.
NUURALHUDAA

#Dhiigaa_fi_Sooma
👉Nama sooma qaburraa dhiigni yoo baye :
➛Koobaadhaan yoo irraa bahe, sooma ni balleessa.
➛ Dhiigni baay’een fedhiidhaan yoo namarraa bahes (Dhiiga arjoomu), soomni ni bada.
➛ Dhiigni fedhii kee malee sirraa bahe ( Funuuna, namni yoo Albeedhaan si waraane, mudonnoodhaan ) sooma kee hin balleessu.
➛ Dhiigni xiqqaan tasa yoo sirraa bahe ( Fakkeenya Mirmaraadhaaf ) homaa dhiibbaa hin qabu.
Join👉@tafak_or

Rabbiin si haa milkessu.
Galmaan si haa gahu.
Gufuu halkaniif guyyaa Rabbiin si jalaa haa buqqisu.

Baankiin Awaash baankoota addunyaa filatamaa kessaa isa tokko ta’uun filatameera.
Gloobaal Faaynaans yeroo 29ffaaf baankii filatamoo bara 2021 ifoomseera. Haaluma kanaan ardii Afrikaarraa baankii 36 filatamaniiru.
Afrikaarraa filatamaa 1ffaan Baankii Afrikaa Kibbaa Istaandard Baank jedhamu yoo ta’u Ityoophiyaarraa ammoo Baankiin Awaash filatameera.
Kunis baankota dhuunfaarraa kan jalqabaa isa taasisuu fi seenaa haaraa galmeessuu obbo Tsahaay ibsaniiru. Bara 2021tti bu’aan waliigalaa baankichaa Birrii biiliyoona 5.5 ga’uu eerameera.

Hadiisa al-Qudsii Abuu Hureyraan odeyseen ergamaan Rabbiiﷺ "Soommana malee dalagaan ilmi Aadam dalagu hundi isumaafi. Soommanni naafi, anaatu galata galchaaf' ja'a Rabbiin" ja'an. [Bukhaarii]
- Rabbiin warra Soommanu Jannataan gammachiisa, ibiddarraa ni fageessa. Soommana malee galata Ibaadaan biroo qabdu Rabbiin adda addaan dubbate. Garuu galata warra Soommaneef boru galchuu taa'u hunda hin ifoomsine. Badhaasa addaa hin himamin isaaniif qopheessee jiraachuu tuqe. Soommanni mataa isaatti Ibaadaa gararree hedduu if keessatti hammata. Obsa, arjoomaafi if gad qabuutti nama kakaasa. Warra keessaafi gubbaan Soommane Rabbumaatu beeka. Yaa milkii warra Soommanee!