Forwarded from Gadaa Post
Koongireensiin Federaalawa Oromoo Hoteela Waabii Shabaleetti Kora sabaa 2ffaa adeemsisuu eegale.
Bitootessa 17, 2014 Koongirensiin Federaalawa Oromoo Hoteela Waabii Shabalee Finfinnee naannoo Caffee Aannaniitti aragamu keessatti, kora sabaa 2ffaa bara 2014 adeemsisaa jira.
Kora 2ffaa KFO kanarratti hirmaattonni hedduun kan argaman yoo ta'u, hooggantoota dhaabichaa dabalatee keessummoonni dhaabbilee siyaasaa kan biroorraas afeeraman irratti argamanii jiru.
Korichirratti hirmaannaa siyaasaa KFO baroota darbanii qoratamuun, jabinaafi hanqina paarticharratti ni mari'atama jedhamee eegama.
Yeroo ammaa kana hirmaattoonni Kora sabaa kanarratti hirmaachuuf Godinaalee Oromiyaa adda addaafi naannoowwan biyyattii kan biroorraa dhufanii, Galma sagantaa keessatti argamu.
T.me/Sammaan

Telegram
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai

Forwarded from 4N Qallo
Miidhamni kun har'aa mul'ate malee Namoonni miidhama Akkasii qaban heddu! Hundeessitoonni qabsoo Oromoo fi Hoogantoonni qabsoo Oromoo hunduu jireenya Akkasii keessa jiru! biyyi keenya kun Biyya gatii namaa hin kaffallee nutti taatee. Hayyoonni Mooraa qabsoo Oromoo garagara keessa jiraan kabajamuu, Kunuunfamuu,fi bakki isaaniif malu kennamuufi qaba ture.eerga waanti hunduu karaa qabatee jennetti hunduu deebi'ee fokkise! Kan wal ammatees wal abaaree! Waan oromoon arguuf hin mallee baayyee argine! Hunduu garaa walitti jabaate! Karaa baayyee deemne! Garuu Galmaa yaadamee hin geenye! Ammaa maaltu furmaata! Hunduu safuu fi Safeeffannaa oromoo keessatti mari'achuu qofa!
Forwarded from TIKVAH AFAAN OROMOO
#NewsAlert
KFO'n Yaa'ii waliigalaatiin Pirofeesar Maraaraa Guddinaa Dura taa'aa particha ta'uun akka itti fufan filate.
Obbo Baqqalaa Garbaa dursaa itti aanaa dura-taa'aa ta'uun akka itti fufan filatameera.
P/r Maraaraan dura-taa'uummaaf kan eeran Obbo Jawaar Mohammed yoo ta'u, miseensonni yaa'ichaas dura-taa'aafi itti aanaafis obbo Jawaar kan eeran ta'us kufaa taasifameera.
Gama birootiin paartichi miseensota hoji rawwachiiftu 15 kan filate yoo ta'u obbo Jawaar Mohammed fi Hamzaa Adaanee miseensa ta'ank filatamaniiru.
Adeemsi filannoo galgala hanga sa'aati lama kan ture ta'uun ibsameera.
@tikvahethafaanoromoo

Forwarded from OKM market
FAAYIDAA TIMIRAA/TEMIRAA
✍️Gogiinsa garaa fi dhibee kintaarootii nurraa ittisuuf
✍️Haadha ciniinsuu irra jirtuuf madda annisaa gaarii fi turtii ciniinsuu xiqqeessuu fi kkf fa'aaf heddu gargaara waan ta'eef fayyadamuun gaaridha.
✍️ Dhibee Kaanserii garagaraa nurraa ittisuuf
✍️Fayyummaa lafee keenyaaf heddu gargaaraa
✍️Madda anniisati
✍️Bulla'insa nyaataa si'eessuuf
✍️Dhukkuboota sirna marsaa dhiigaa fi onnee nurraa ittisuuf
✍️Dhiibbaa dhiigaa qaama keenyaa to'achuu fi hir'inna dhiigaa hir'isuuf
✍️Fayyummaa sammuu fi sirna narvii keenyaaf
✍️Fayyummaa ija keenyaaf
✍️Hamma sukkaara qaama keenyaa to'achuuf heddu gargaaraa
#Qabiyyee akka vaayitaaminoota fi albuudota qaama keenyaaf baayyee barbaachisan kan akka
Carbs: 75 grams
Fiber: 7 grams
Protein: 2 grams
Potassium: 20% of the RDI
Magnesium: 14% of the RDI
Copper: 18% of the RDI
Manganese: 15% of the RDI
Iron: 5% of the RDI
Vitamin B6: 12% of the RDI
By Dr.Mahmud sh/Kedir
https://t.me/fayyaanfaaya

Atileet Muktaar Idiris fiigicha daandiirraa Ispeenitti gaggeeffame rikoordii haaraa galmeessuun injifateera.
Atileet Muktaar Idiris fiigicha fageenya 10 km Ispeenitti gaggeeffame rikoordii bakkichaa fooyyessuun injifateera.
Atileet Muktaar Idiris fageenyicha xummuruuf daqiiqaa 28:34 kan itti fudhate yoo ta’u, rikoordii bakkichaa kanaan dura tures fooyyessuuf carraa argateera.
Fiigicha biroo walakkaa maaraatoonii Turkii Istaanbulitti gaggeeffameen Atileet Tsahaay Gammachuu fageenyicha sa’atii 1:05:52’n xummuruun sadarkaa 2ffaa yoo qabattu Atileet Baqqaleech Guddataa sa’atii 1:06:35’n galuun sadarkaa 3ffaan goolabeera.
maddi:- Federeeshinii Atileetiksii Ityoophiyaa

Gaazexeessitoonni Asoosheetid Pirees (AP) Baatiiwwan 4f erga hidhamanii booda waabiidhaan hidhaarraa hiikaman.
Gaazexeessitoonni Asoosheetid Pirees (AP) hidhaa Baatiiwwan 4 booda Poolisiin dhimmicha qoratu qorannoosaa yeroodhaan xumuruu waan hin dandeenyeef Wabiidhaan akka hiikamaniif abbaan seeraa murteesseera.
Poolisiin Meeshaalee Elektirooniksii Gaazexeessitoota kanneen irraa fudhatame Qorannoodhaaf gara Tajaajila Odeeffannoo fi Nageenyaa Biyyaalessaa(NISS) erguusaa ibseera.
Gaazexeessaa Amiir Amaaniifi ogeessi kaameeraa Toomaas Ingidaa garee shororkeessaa waliin quunnamtii uumaniiru jedhamuun ji’oota afuriif hidhaa turuun
isaanii kan yaadatamuudha.
Addis Standardtu gabaasee
@Gadaapost

Forwarded from Gali Ababor Official
Oduu Ariifachiisaa
ሰበር መረጃ!
Mooraa majlisa federaalaa, mana Muslimoota Itoophiyaa hundaa hoggantoonni naannolee kudha tokkoo dhufnee amma poolisii federaalaafi waardiyyootaan dhorgamnee gara ministeera nageenyaa deemaa jirra.
ህጋዊው የጠቅላይ ምክር ቤት ጠቅላላ ጉባኤ አባላት ወደ እስልምና ጉዳዮች ጠቅላይ ምክር ቤት ቅጥር ግቢ እንዳይገባ በምክር ቤቱ ጥበቃዎች እና በፌዴራል ፖሊስ ፖሊስ እንዳይገቡ ተከልክሏል።

Forwarded from Keebor Media 1 (Asad Sh/A/qaadir GaruhiraMedia)
Lammiileen Ityoophiyaa Saa’uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan gara biyyaa deebi’aa jiraachuu ibsameera.
Lammiileen kunneen wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee ga’an simannaa hoo’aan taasiifamaafii jira.
Lammiilee Saa’ud Arabiyaa haala rakkisaa keessa jiran kuma dhibba 1 ol gara biyyaa deebisuuf hojjetamaa kan jiru yoo ta’u, har’a lammiilee marsaa jalqabaan deebi’aniif simannaan taasiifamaa jira.
Sirna simannaa kanarratti Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Diinaa Muftii, Ministirri Ministeera Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa Dooktar Ergoogee Tasfaayee fi Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Burtukaan Ayyaanoo fi hoggantoonni mootummaa biroo argamaniiru.
t.me/keborMedia

Kebor Multimedia 1
#KEBORMEDIA
#Ibsaa_Daandii_Dhugaa
Tajaajila Keenna
•Odeeffannoo Qulqulluu
•Buhaartii
•Dinqisiisoo
•Barnoota Adda addaa
•Gaafi fi Deebii
#Keebor Toora Miidiyaa Hawaasaa kan akka
FB,
▶https://www.youtube.com/@kebormultimedia3271
t.me/kebormedia fi kkf ir

#EthioTelecom
ItiyooTeeleekoomiin barattootaaf kuufama addaa "qayyabannaaf isaan gargaara" jedhe qopheesse.
ItiyooTeeleekoomiin barattoota yuunivarsitiifi Koolleejjiif kuufama addaa qopheessuu beeksise.
Bifuma kanaan :
♦️JI'AAN
🔹Qarshii 34, sagalee daqiiqaa 180 + badhaasa daqiiqaa 90 + ergaa gabaabaa 100
🔹Qarshii 64, sagalee daqiiqaa 360 + badhaasa daqiiqaa 200 + ergaa gabaabaa 150
🔹Qarshii 42, DATA 1GB + badhaasa 512MB + ergaa gabaanaa 100
🔹Qarshii 82, DATA 2GB + badhaasa 1.1GB + ergaa gabaabaa 150
♦️TORBEEN
🔹qarshii 29, DATA 3GB
Barattoonnis waraqaa eenyummeessaa barattoota koolleejjii ykn Yuunivarsitii ta'uu isaanii mullisu qabachuun kara giddu gala gurgurtaa deemuun kuufama kana bitachuu ni danda'u.
Hubachiisa
Badhaasaafi kuufamni Torbee halkan irraa sa'a 6:00-12:00 qofa dalaga.

Barnoota barachuun beekkumsa argatta beekkumsa yoo qabaatte immoo dhaloota si boodaa beekkumsa qaburraa barsiifta.
Jabaadhu barnoota yoo jedhu gosa tokko qofa miti gosa garagaraatu jira.
Bal'isii yaadi galma barbaaddu gahuuf immoo ati sababa hojjadhu Kan galmaan si gahu Rabbi waan ta'eef isa kadhadhu.
T.me/Sammaan
Jabaadhu barnoota yoo jedhu gosa tokko qofa miti gosa garagaraatu jira.
Bal'isii yaadi galma barbaaddu gahuuf immoo ati sababa hojjadhu Kan galmaan si gahu Rabbi waan ta'eef isa kadhadhu.
T.me/Sammaan
Telegram
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Soommanni Ramadaanaa 1443ffaan boru ni eegala.
Soommanni Ramadaanaa 1443ffaan guyyaa boruu Bitootessa 24, 2014 ni eegala.
Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Ityoophiyaa ibsa ergeen soommanni guyyaa boruu kan eegalu ta’uu ibseera.
Soommanni Ramadaanaa bara kanaa guyyaa boruu kan eegalu ta’uu mirkanaa’uu hogganaan sabquunnamtii mana marichaa Usmaan Adam ibsaniiru.
Hawaasni musiliimaa wayita soomu wal deeggaruu fi walgargaaruun ta’uu akka qabu manni marichaa yaadachiiseera.
Keessumaa lammiilee waraanaa fi hongeen miidhaman yaadachuu akka qaban dhaamaniiru
📡MIIDIYAA📡
@jechootahayyoota
@Jechootahayyoota

Forwarded from Nuuralhudaa (Abbaas)
Baga Rabbiin ittiin nuun gahe.
Addeessi Ji’a Ramadaanaa jum’aa har’aa waan argameef, Soomanni galgala har’aa kan jalqabamu tahuu beekkameera.
Warra irraa fayyadamu nu haa taasisu.

Gabaasni Fbc'n qabatee baye akkaana jedha
Mariin dambii bulchiinsa Majiliisaarratti taasiifame milkiin xumurame
Finfinnee, Bitootessa 24, 2014 (FBC) – Mariin dambii bulchiinsa Majiliisaarratti taasiifame waliigaltee waloorra ga'uun milkiin xumuramuu Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa Waliigalaa Ityoophiyaa beeksise.
Marii dambii bulchiinsa Majiliisaarratti torbee tokkoof gaggeeffamaa ture ilaalchisee Preezdaantiin Mana marichaa Haajii Muftii Umar Indiriis ibsa laataniiru.
Marii kanarratti Ulaamawwan 23 hirmaachuu eeruun, dhimmicharratti marii bal'aa taasiisuun waliigaltee waloorra ga'amuu ibsaniiru.
Marichaan hojiilee yeroo itti aanaan raawwataman irratti kallattiin kaa'amuu himaniiru.
Dambicharratti bakka buutoonni Ulaamawwan naannolee fi Ulaamawwan Majiliisaa ala jiranis akka irratti mari'atan ni taasiifama jedhan.
Bakka buutoonni dargaggootaa fi dubartootas maricharratti akka hirmaatan kan taasiifamu ta'uu Preezdaantichi dubbataniiru.
Marichi Sooma Ramadaanaan booda akka gaggeeffamu irratti walii galamuu himaniiru.
Maricha hordofee koree filachiiftuu hundeessuun filannoon miseensota Majiliisaa ni gaggeeffama jedhan.
Kanaanis bakka buutoonni tokkummaa fi nageenyaaf hojjetan Majiliisa karaa nagaan akka fudhatan ni taasiifama jedhan Preezdaantiin Mana marichaa Haajii Umar Indiriis.
Hunda keenyaaf nageenyaa fi tokkummaatu wayya kan jedhan Preeezdaantichi, hawaasa Musiliimaa gidduu garaagarummaan akka hin jirre hubatamu qaba jedhaniiru