Forwarded from BABA TRAVEL AGENT ✈️
#kutaa_12ffaa
#EthiopianHumanRightsCouncil
Qormaati seensa Yuunivarsitii bara 2013 akka irra deebi'amee ilaalamu gaaffii barattoonni gaafataniif mootummaan ariitiin furmaata akka kennu Koomishiiniin Mirga Namoomaa itoophiyaa (EHRC) gaafate.
EHCR akka jedhetti gaaffii barattootaa kanaaf deebii kennuu dhabuun mootummaa burjaajjii uumuun miira barattootaa miidhaa jira sababa ta'eef mootummaan ibsa bal'aa akka kennuufi qormaata barattoota kanaa irra deebiin ilaalee sirreeffama barbaachisaa kennu qaba jedheera.
Qormaati kutaa 12ffaa bara 2013 komii guddaa gama hundaan irratti ka'aa jiruun ilaalchisee dhiibbaan gama maraan cimee taassifamaa jira.
◈ ━━━━━━━━ ● ━━━━━━━━ ◈
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
📡MIIDIYAA📡JOIN👇SHARE
@ABDII_SABAA1
@ABDII_SABAA1
@ABDII_SABAA1
📚KITAABA BARATAA📚
https://t.me/+G5ZeAWrgdBswODU0

Hayyuu ,Aalimaa fi falmataan miga dhala namaa Haaji Hasan Gammadaa du'aan addunyaa kanarraa boqatan.
Gootni Oromoo Haaji Hasan Gammadaa abbaa isaanii obbo Gammadaa Ukuluu Ufeessaafi haadha isaanii Aadde Daamuu Diimaa Libaaboo irraa bara kudha saddet saddettamoota keessaa Godina Arsii Lixaa Aanaa Shaallatti dhalatan.
Tokkummaa Oromoo cimsuufi Oromoo mataa ol qabachiisuuf qabsaa'uun kan beekamaniifi manguddoo biyyaafi Aalimni beekaman Haaji Hasan Gammada dhibee isaan irra bubbuleen yaalamaa eerga turanii halkan edaa Bitooteessa,12/2014 umrii isaanii 125tti du'aan addunyaa kanarraa boqataniiru.
Haaji Hasaniif Jannata,maatiifi firoottan isaaniitiif obsa hawwina!
@Sammaan

Itiyoo Telekoom tajaajila bilbilaafi interneetii Shiboo maleeyyii ifoommse.
Hojii Raawwachiiftuu Olaantuun Itiyoo Telekoom Firehiyiwot Taammiruu tajaajilichi si’aa’ina kan qabuufi gatii madaalawaa kan kaffalshiisu ta’uu himaniiru.
Tajaajila kanaan maamiloota Kuma 70 ol horachuuf karoorfamuus himaniiru.

Forwarded from Free Education Ethiopia ️︎ (π)
የ12ኛ ክፍል ፈተና ውጤትን ተከትሎ በተለያዩ አካባቢዎች መምህራን እና ተማሪዎች ሰላማዊ ሰልፍ በማድረግ ላይ እንደሆኑ ከተለያዩ የማህበራዊ ሚድያዎች ያገኘነው መረጃ ያመለክታል።
@Free_Education_Ethiopia
Stay Safe!
✅ For campus info join https://t.me/fee_university
@Free_Education_Ethiopia
Stay Safe!
✅ For campus info join https://t.me/fee_university
Forwarded from BABA TRAVEL AGENT ✈️
#KUTAA_12FFAA
Debre Maarqoositti hiriirri nagaa qabxiin barattoota kutaa 12ffaa irraa deebiin akka ilaalamu gaafatu taassifamee ooleeea.
Qormaata kutaa 12ffaa bara 2013 irratti komii jiruun walqabatee furmaati akka laatamuuf kara hedduun dhiibbaan taasifamaa jira.
◈ ━━━━━━━━ ● ━━━━━━━━ ◈
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
📡MIIDIYAA📡JOIN👇SHARE
@ABDII_SABAA1
@ABDII_SABAA1
@ABDII_SABAA1
📚KITAABA BARATAA📚
https://t.me/+G5ZeAWrgdBswODU0
Debre Maarqoositti hiriirri nagaa qabxiin barattoota kutaa 12ffaa irraa deebiin akka ilaalamu gaafatu taassifamee ooleeea.
Qormaata kutaa 12ffaa bara 2013 irratti komii jiruun walqabatee furmaati akka laatamuuf kara hedduun dhiibbaan taasifamaa jira.
◈ ━━━━━━━━ ● ━━━━━━━━ ◈
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
📡MIIDIYAA📡JOIN👇SHARE
@ABDII_SABAA1
@ABDII_SABAA1
@ABDII_SABAA1
📚KITAABA BARATAA📚
https://t.me/+G5ZeAWrgdBswODU0
Ameerikaan murtee Itiyoophiyaan dabarsite dinqisiifatte.
Ameerikaan gama biiroo dhimma alaa isheetin ibsa baafteen, mootummaan walitti bu'insa dhaabun fi deeggarsi namooma hatattamaan gara naanno Tigraay akka gahu gochuuf dhaabbata deeggarsa namoomaa godhan waliin hojjachuuf murtee dabarsite dinqisiifatte.
Murteenis Itiyoophiyaanota deeggarsa barbaadaniif hatattamaan dhiheessuuf ejjennoo barbaachisaa akka ta’e eerun, Ameerikaan nageenya fi tasgabbii biyyaatiif adeemsa siyaasa hundaa jalqabsiisuun hundee akka taatu beeksifte.
Qaamni hunduu miidhaa qaama nageenya irraa gahu akka dhaabbatuufi miidhaa kanaan dura gaheef itti gaafatamummaan akka jiraatu Ameerikaan beeksifte .
Walitti bu'iinsa kana dhaabuun murtee waraana dhaabu walitti dhufiinsa qabu irra gahuu qabu gorsuu ishee BBC'n gabaaseera.
@tikvahethafaanoromoo

Forwarded from Tikvah-University
#የአይነ_ስውራን_ተፈታኝ_ተማሪዎች_ቅሬታ
የዘንድሮው የዩኒቨርሲቲ መግቢያ ተደርጎ የተቆረጠው ነጥብ እኛ ያለንበትን ሁኔታ ያላገናዘበ ነው ሲሉ ዓይነ ስውራን የ12ኛ ክፍል ተፈታኝ ተማሪዎች ተናገሩ፡፡
"ለአይነ ስውራን የሚሆን በቂ የትምህርት ቁሳቁስ ባልተሟላበት ሁኔታ እንዲሁም በኮቪድ-19 ምክንያት 11ኛ ክፍልን ባልተማርንበት ሁኔታ ከአጠቃላይ 400 ግማሽ ያህል ወይም 200 ማምጣት አለባችሁ መባሉ
ተገቢ አይደለም" በማለት ቅሬታቸውን አቅርበዋል።
አይነ ስውራን ተማሪዎቹ መንግስት የመግቢያ ነጥቡን በድጋሜ እንዲመለከተው ጠይቀዋል፡፡
ከተለያዩ አካባቢዎች ተወክለው የመጡ አይነ ስውራን ተማሪዎች ጥያቂያቸውን ለፈተናዎች ኤጀንሲ እና ለትምህርት ሚኒስቴር ቢያቀርቡም ምላሽ እንዳላገኙ ለሸገር ኤፍኤም ሬዲዮ ተናግረዋል።
"የሞላነው የፈተና ፎርም 'አይነ ስውር' ብለን ቢሆንም ውጤት ኦንላይን ሲገለጽ ኖርማል በሚል የታረመልን ተማሪዎች አለን" ሲሉ አየነ ስውራኑ ይገልጻሉ።
በተመሳሳይ የማኅበራዊ ሳይንስ ተማሪዎች ሆነው በተፈጥሮ ሳይንስ የታረመላቸው አይነ ስውራን እንዳሉ አስተያየታቸውን የሰጡ ተማሪዎች ገልጸዋል።
"ለአይነ ስውራን ተማሪዎች የሚጠቅመው የሲቪክስ ትምህርት 'ግሽበት ታይቶበታል' በሚል መሰረዙ ተገቢ አለመሆኑን" የኢትዮጵያ አይነ ስውራን ብሔራዊ ማኅበር የህዝብ ግንኙነት ኃላፊ ገብሬ ተሾመ ገልጸዋል።
አይነ ስውራን ተማሪዎች በሰው እየተነበበላቸው ፈተና እንደሚወስዱ ያስታወሱት ኃላፊው፤ የሚኮርጁበት አጋጣሚ ባለመኖሩ የሲቪክስ ትምህርት ሊያዝላቸው ይገባል ብለዋል።
ማኅበሩ አይነ ስውራን ተማሪዎች አፋጣኝ ማስተካከያ እንዲደረግላቸው ለፈተናዎች ኤጀንሲ እና ለትምህርት ሚኒስቴር ደብዳቤ ቢጽፍም ምላሽ አለማግኘቱን ገልጿል።
@tikvahuniversity @TikvahhUniversitybot

Forwarded from TIKVAH AFAAN OROMOO
#SaudiArabiyaa #Ethiopia
Hojiin lammiilee Saa’ud Arabiyaatti rakkoo keessatti argaman gara biyyaa deebisuu Wiixata dhufuu akka eegaluu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiseera.
Ministirri deetaan Ministeera Dhimma Alaa aadde Birtukaan Ayyaanoo ibsa laataniin, Ityoophiyaanoota Saa’ud Arabiyaatti rakkoo keessatti argaman gara biyyaa deebisuuf qophiin duraa xumurameera jedhan.
Koreen biyyoolessaa dhaabbilee 16 of keessaatti haammate gara hojiitti galuu kaasuun, kanaanis Wiixata dhufuurra eegalee lammiilee rakkoo hamaa keessaa jiraan gara biyyaa deebisuu ni eegala jedhaniiru.

Forwarded from Yayaa Bashir
-KORA-MILKII:-Dhaabni jaalatamaa fi kabajamaan, golli hayyootaa fi jagnootaa, abdiin miliyoonotaa KFOn boru saba isaa wajjin Finfinneetti marii qaba. Ilmaan Oromoo Oromiyaa bal’oo mararraa bor Finfinneetti walga’uun egeree sabaa fi biyya isaanirratti mari’atu.
-Dabalataan kora sabaa guyyaa borii eegalu kanarratti hirmaachuuf, keessummoonni biyya keessaa fi alaa handhuura Oromoo magaalaa Finfinnee seenaa jiru. KFO’n bara kana kora sabaa geggeessuuf qophii dursaa taasisaa tureera; Kora Sabaa amma adeemsifamu kanarratti kallattii haaran ni kaa’ama, murtiin jajjabaa ni darba jedhamee garanumaa eegamaa jira.
-Hayyoonnii fi gootonni keenya ifaajjii guddaadhan qophiitti jiru. Rabbi jalqabaa hanga xumura qophii kanaatitti Ilmaan Oromoo wajjin haata’u. Korri kun kora furmaatni Oromoof itti kaa’amu, kora eebbaa, kora Milkii Oromoof haata’u!! Milkii Gaarii!🌾🕊

Forwarded from Gadaa Post
Koongireensiin Federaalawa Oromoo Hoteela Waabii Shabaleetti Kora sabaa 2ffaa adeemsisuu eegale.
Bitootessa 17, 2014 Koongirensiin Federaalawa Oromoo Hoteela Waabii Shabalee Finfinnee naannoo Caffee Aannaniitti aragamu keessatti, kora sabaa 2ffaa bara 2014 adeemsisaa jira.
Kora 2ffaa KFO kanarratti hirmaattonni hedduun kan argaman yoo ta'u, hooggantoota dhaabichaa dabalatee keessummoonni dhaabbilee siyaasaa kan biroorraas afeeraman irratti argamanii jiru.
Korichirratti hirmaannaa siyaasaa KFO baroota darbanii qoratamuun, jabinaafi hanqina paarticharratti ni mari'atama jedhamee eegama.
Yeroo ammaa kana hirmaattoonni Kora sabaa kanarratti hirmaachuuf Godinaalee Oromiyaa adda addaafi naannoowwan biyyattii kan biroorraa dhufanii, Galma sagantaa keessatti argamu.
T.me/Sammaan

Telegram
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai

Forwarded from 4N Qallo
Miidhamni kun har'aa mul'ate malee Namoonni miidhama Akkasii qaban heddu! Hundeessitoonni qabsoo Oromoo fi Hoogantoonni qabsoo Oromoo hunduu jireenya Akkasii keessa jiru! biyyi keenya kun Biyya gatii namaa hin kaffallee nutti taatee. Hayyoonni Mooraa qabsoo Oromoo garagara keessa jiraan kabajamuu, Kunuunfamuu,fi bakki isaaniif malu kennamuufi qaba ture.eerga waanti hunduu karaa qabatee jennetti hunduu deebi'ee fokkise! Kan wal ammatees wal abaaree! Waan oromoon arguuf hin mallee baayyee argine! Hunduu garaa walitti jabaate! Karaa baayyee deemne! Garuu Galmaa yaadamee hin geenye! Ammaa maaltu furmaata! Hunduu safuu fi Safeeffannaa oromoo keessatti mari'achuu qofa!
Forwarded from TIKVAH AFAAN OROMOO
#NewsAlert
KFO'n Yaa'ii waliigalaatiin Pirofeesar Maraaraa Guddinaa Dura taa'aa particha ta'uun akka itti fufan filate.
Obbo Baqqalaa Garbaa dursaa itti aanaa dura-taa'aa ta'uun akka itti fufan filatameera.
P/r Maraaraan dura-taa'uummaaf kan eeran Obbo Jawaar Mohammed yoo ta'u, miseensonni yaa'ichaas dura-taa'aafi itti aanaafis obbo Jawaar kan eeran ta'us kufaa taasifameera.
Gama birootiin paartichi miseensota hoji rawwachiiftu 15 kan filate yoo ta'u obbo Jawaar Mohammed fi Hamzaa Adaanee miseensa ta'ank filatamaniiru.
Adeemsi filannoo galgala hanga sa'aati lama kan ture ta'uun ibsameera.