Dawaa Qalbii
9.16K subscribers
2.06K photos
37 videos
31 files
2.78K links
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓

@Rabbiiftai
Download Telegram
Forwarded from TIKVAH AFAAN OROMOO
Imala guddaa gara biyyaa ‘Iid hanga Iid’ jedhamu eegalchiisuuf qophiin xumuramuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiise.

Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Solaatni Iid Baatii Ramadaanaa Guddaan Ityoophiyaatti akka taasiifamu waamicha dhiyeessan hordofee I-imala Guddaa mata duree ‘Iid hanga Iid’ jedhamuun moggaafame eegalchiisuuf qophiin duraa xumuramuu ibsameera.

Saganticha raawwachiisuuf koreen biyyaalessaa Ministeera Dhimma Alaan durfamu kan hundaa’e yoo ta’u, miseensonni korichi har’a qophii duraarratti mari’ataniiru.

Koricha Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Burtukaan Ayyaanoo fi Ustaaz Abbubakar Ahimadiitu walitti qaba jedhame.

Koreen hojii raawwachiiftuu dhaabbilee mootummaa 16 of keessatti hammate hundaa’uun hojiitti akka galuu himameera.

Koreen biyyaalessaa kun dhaabbata tola oolaa Najjaashii fi Proomooshinii Halaal waliin ta’uun saganticha qopheessuu ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni muul’isa.

@tikvahethafaanoromoo
Forwarded from BABA TRAVEL AGENT ✈️
#kutaa_12ffaa

Biiroon Barnootaa naannoo Amaaraa garee qormaata barattootaa qoratu gara finfinnee erguu isaa beeksise

Qormaati seensa yuunivarsitii biyyaalessaa bara 2013 rakkina akka qabuufi komii guddaan ka'aa jiraachuun walqabateeti gareen kun kan ergaman jedhameera.

Biiroon Barnootaa naannoo Amaaraa rakkina kana furuuf koree qormaata kana qoratu ergeera.

◈ ━━━━━━━━ ● ━━━━━━━━ ◈
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
📡MIIDIYAA📡JOIN👇SHARE
@ABDII_SABAA1
@ABDII_SABAA1
@ABDII_SABAA1

📚KITAABA BARATAA📚
https://t.me/+G5ZeAWrgdBswODU0
Forwarded from BABA TRAVEL AGENT ✈️
#kutaa_12ffaa
#EthiopianHumanRightsCouncil

Qormaati seensa Yuunivarsitii bara 2013 akka irra deebi'amee ilaalamu gaaffii barattoonni gaafataniif mootummaan ariitiin furmaata akka kennu Koomishiiniin Mirga Namoomaa itoophiyaa (EHRC) gaafate.

EHCR akka jedhetti gaaffii barattootaa kanaaf deebii kennuu dhabuun mootummaa burjaajjii uumuun miira barattootaa miidhaa jira sababa ta'eef mootummaan ibsa bal'aa akka kennuufi qormaata barattoota kanaa irra deebiin ilaalee sirreeffama barbaachisaa kennu qaba jedheera.

Qormaati kutaa 12ffaa bara 2013 komii guddaa gama hundaan irratti ka'aa jiruun ilaalchisee dhiibbaan gama maraan cimee taassifamaa jira.

◈ ━━━━━━━━ ● ━━━━━━━━ ◈
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
📡MIIDIYAA📡JOIN👇SHARE
@ABDII_SABAA1
@ABDII_SABAA1
@ABDII_SABAA1

📚KITAABA BARATAA📚
https://t.me/+G5ZeAWrgdBswODU0
Hayyuu ,Aalimaa fi falmataan miga dhala namaa Haaji Hasan Gammadaa du'aan addunyaa kanarraa boqatan.

Gootni Oromoo Haaji Hasan Gammadaa abbaa isaanii obbo Gammadaa Ukuluu Ufeessaafi haadha isaanii Aadde Daamuu Diimaa Libaaboo irraa bara kudha saddet saddettamoota keessaa Godina Arsii Lixaa Aanaa Shaallatti dhalatan.

Tokkummaa Oromoo cimsuufi Oromoo mataa ol qabachiisuuf qabsaa'uun kan beekamaniifi manguddoo biyyaafi Aalimni beekaman Haaji Hasan Gammada dhibee isaan irra bubbuleen yaalamaa eerga turanii halkan edaa Bitooteessa,12/2014 umrii isaanii 125tti du'aan addunyaa kanarraa boqataniiru.

Haaji Hasaniif Jannata,maatiifi firoottan isaaniitiif obsa hawwina!

@Sammaan
Itiyoo Telekoom tajaajila bilbilaafi interneetii Shiboo maleeyyii ifoommse.

Hojii Raawwachiiftuu Olaantuun Itiyoo Telekoom Firehiyiwot Taammiruu tajaajilichi si’aa’ina kan qabuufi gatii madaalawaa kan kaffalshiisu ta’uu himaniiru.

Tajaajila kanaan maamiloota Kuma 70 ol horachuuf karoorfamuus himaniiru.
Forwarded from Free Education Ethiopia ️︎ (π)
የ12ኛ ክፍል ፈተና ውጤትን ተከትሎ በተለያዩ አካባቢዎች መምህራን እና ተማሪዎች ሰላማዊ ሰልፍ በማድረግ ላይ እንደሆኑ ከተለያዩ የማህበራዊ ሚድያዎች ያገኘነው መረጃ ያመለክታል።

@Free_Education_Ethiopia
Stay Safe!

For campus info join https://t.me/fee_university
Forwarded from BABA TRAVEL AGENT ✈️
#KUTAA_12FFAA

Debre Maarqoositti hiriirri nagaa qabxiin barattoota kutaa 12ffaa irraa deebiin akka ilaalamu gaafatu taassifamee ooleeea.

Qormaata kutaa 12ffaa bara 2013 irratti komii jiruun walqabatee furmaati akka laatamuuf kara hedduun dhiibbaan taasifamaa jira.

◈ ━━━━━━━━ ● ━━━━━━━━ ◈
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
📡MIIDIYAA📡JOIN👇SHARE
@ABDII_SABAA1
@ABDII_SABAA1
@ABDII_SABAA1

📚KITAABA BARATAA📚
https://t.me/+G5ZeAWrgdBswODU0
Ameerikaan murtee Itiyoophiyaan dabarsite dinqisiifatte.

Ameerikaan gama biiroo dhimma alaa isheetin ibsa baafteen, mootummaan walitti bu'insa dhaabun fi deeggarsi namooma hatattamaan gara naanno Tigraay akka gahu gochuuf dhaabbata deeggarsa namoomaa godhan waliin hojjachuuf murtee dabarsite dinqisiifatte.

Murteenis Itiyoophiyaanota deeggarsa barbaadaniif hatattamaan dhiheessuuf ejjennoo barbaachisaa akka ta’e eerun, Ameerikaan nageenya fi tasgabbii biyyaatiif adeemsa siyaasa hundaa jalqabsiisuun hundee akka taatu beeksifte.

Qaamni hunduu miidhaa qaama nageenya irraa gahu akka dhaabbatuufi miidhaa kanaan dura gaheef itti gaafatamummaan akka jiraatu Ameerikaan beeksifte .

Walitti bu'iinsa kana dhaabuun murtee waraana dhaabu walitti dhufiinsa qabu irra gahuu qabu gorsuu ishee BBC'n gabaaseera.

@tikvahethafaanoromoo
@Sammaan
Forwarded from Tikvah-University
#የአይነ_ስውራን_ተፈታኝ_ተማሪዎች_ቅሬታ

የዘንድሮው የዩኒቨርሲቲ መግቢያ ተደርጎ የተቆረጠው ነጥብ እኛ ያለንበትን ሁኔታ ያላገናዘበ ነው ሲሉ ዓይነ ስውራን የ12ኛ ክፍል ተፈታኝ ተማሪዎች ተናገሩ፡፡

"ለአይነ ስውራን የሚሆን በቂ የትምህርት ቁሳቁስ ባልተሟላበት ሁኔታ እንዲሁም በኮቪድ-19 ምክንያት 11ኛ ክፍልን ባልተማርንበት ሁኔታ ከአጠቃላይ 400 ግማሽ ያህል ወይም 200 ማምጣት አለባችሁ መባሉ
ተገቢ አይደለም" በማለት ቅሬታቸውን አቅርበዋል።

አይነ ስውራን ተማሪዎቹ መንግስት የመግቢያ ነጥቡን በድጋሜ እንዲመለከተው ጠይቀዋል፡፡

ከተለያዩ አካባቢዎች ተወክለው የመጡ አይነ ስውራን ተማሪዎች ጥያቂያቸውን ለፈተናዎች ኤጀንሲ እና ለትምህርት ሚኒስቴር ቢያቀርቡም ምላሽ እንዳላገኙ ለሸገር ኤፍኤም ሬዲዮ ተናግረዋል።

"የሞላነው የፈተና ፎርም 'አይነ ስውር' ብለን ቢሆንም ውጤት ኦንላይን ሲገለጽ ኖርማል በሚል የታረመልን ተማሪዎች አለን" ሲሉ አየነ ስውራኑ ይገልጻሉ።

በተመሳሳይ የማኅበራዊ ሳይንስ ተማሪዎች ሆነው በተፈጥሮ ሳይንስ የታረመላቸው አይነ ስውራን እንዳሉ አስተያየታቸውን የሰጡ ተማሪዎች ገልጸዋል።

"ለአይነ ስውራን ተማሪዎች የሚጠቅመው የሲቪክስ ትምህርት 'ግሽበት ታይቶበታል' በሚል መሰረዙ ተገቢ አለመሆኑን" የኢትዮጵያ አይነ ስውራን ብሔራዊ ማኅበር የህዝብ ግንኙነት ኃላፊ ገብሬ ተሾመ ገልጸዋል።

አይነ ስውራን ተማሪዎች በሰው እየተነበበላቸው ፈተና እንደሚወስዱ ያስታወሱት ኃላፊው፤ የሚኮርጁበት አጋጣሚ ባለመኖሩ የሲቪክስ ትምህርት ሊያዝላቸው ይገባል ብለዋል።

ማኅበሩ አይነ ስውራን ተማሪዎች አፋጣኝ ማስተካከያ እንዲደረግላቸው ለፈተናዎች ኤጀንሲ እና ለትምህርት ሚኒስቴር ደብዳቤ ቢጽፍም ምላሽ አለማግኘቱን ገልጿል።

@tikvahuniversity @TikvahhUniversitybot
Forwarded from TIKVAH AFAAN OROMOO
#SaudiArabiyaa #Ethiopia

Hojiin lammiilee Saa’ud Arabiyaatti rakkoo keessatti argaman gara biyyaa deebisuu Wiixata dhufuu akka eegaluu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiseera.

Ministirri deetaan Ministeera Dhimma Alaa aadde Birtukaan Ayyaanoo ibsa laataniin, Ityoophiyaanoota Saa’ud Arabiyaatti rakkoo keessatti argaman gara biyyaa deebisuuf qophiin duraa xumurameera jedhan.

Koreen biyyoolessaa dhaabbilee 16 of keessaatti haammate gara hojiitti galuu kaasuun, kanaanis Wiixata dhufuurra eegalee lammiilee rakkoo hamaa keessaa jiraan gara biyyaa deebisuu ni eegala jedhaniiru.

@tikvahethafaanoromoo
Forwarded from Yayaa Bashir
-KORA-MILKII:-Dhaabni jaalatamaa fi kabajamaan, golli hayyootaa fi jagnootaa, abdiin miliyoonotaa KFOn boru saba isaa wajjin Finfinneetti marii qaba. Ilmaan Oromoo Oromiyaa bal’oo mararraa bor Finfinneetti walga’uun egeree sabaa fi biyya isaanirratti mari’atu.

-Dabalataan kora sabaa guyyaa borii eegalu kanarratti hirmaachuuf, keessummoonni biyya keessaa fi alaa handhuura Oromoo magaalaa Finfinnee seenaa jiru. KFO’n bara kana kora sabaa geggeessuuf qophii dursaa taasisaa tureera; Kora Sabaa amma adeemsifamu kanarratti kallattii haaran ni kaa’ama, murtiin jajjabaa ni darba jedhamee garanumaa eegamaa jira.

-Hayyoonnii fi gootonni keenya ifaajjii guddaadhan qophiitti jiru. Rabbi jalqabaa hanga xumura qophii kanaatitti Ilmaan Oromoo wajjin haata’u. Korri kun kora furmaatni Oromoof itti kaa’amu, kora eebbaa, kora Milkii Oromoof haata’u!! Milkii Gaarii!🌾🕊
Forwarded from Gadaa Post
Midhama yeroo dheeraa booda Booranaatti roobni cimaan roobuun gabaafame.

@Gadaapost
@Gadaapost
Koongireensiin Federaalawa Oromoo Hoteela Waabii Shabaleetti Kora sabaa 2ffaa adeemsisuu eegale.

Bitootessa 17, 2014 Koongirensiin Federaalawa Oromoo Hoteela Waabii Shabalee Finfinnee naannoo Caffee Aannaniitti aragamu keessatti, kora sabaa 2ffaa bara 2014 adeemsisaa jira.

Kora 2ffaa KFO kanarratti hirmaattonni hedduun kan argaman yoo ta'u, hooggantoota dhaabichaa dabalatee keessummoonni dhaabbilee siyaasaa kan biroorraas afeeraman irratti argamanii jiru.

Korichirratti hirmaannaa siyaasaa KFO baroota darbanii qoratamuun, jabinaafi hanqina paarticharratti ni mari'atama jedhamee eegama.

Yeroo ammaa kana hirmaattoonni Kora sabaa kanarratti hirmaachuuf Godinaalee Oromiyaa adda addaafi naannoowwan biyyattii kan biroorraa dhufanii, Galma sagantaa keessatti argamu.
T.me/Sammaan