Forwarded from TIKVAH AFAAN OROMOO
Komishiniin Mirga Namoomaa Itoophiyaa ajjeechaa Naannoo Benishaangul, Godina Matakkal, Aanaa Gubaatti torban tokko dura raawwate humnoonni nageenyaa mootummaa raawwachuu hime.
Ibsa komishinichi gaafa Dilbataa bahe ajjeechaan sukaneessaa namoonni nagaa itti gubaman dafee qoratamee itti gaafatamummaan akka jiraatu gaafateera.
''Taateen reeffa gubuu, akkasumas nama tokko jiraa isaa gubuun kan raawwate humnoota nageenya mootummaafi hirmaanna namoota kaaniin ta'u mirkanesseera,'' jechuun ibsa baasen beeksise.
''Ajjeechaa kanaaf ka'umsa kan ta'e guyyaa tokko dura haleellaa hidhattoonni raawwataniin yoo xiqqaate humnoonni nageenyaa fi namoonni nagaa 20 ta'an ajjeefamu ta'uus mirkanesseera,'' jedhe.
Kana dura qondaala olaanaa naannichaa gaafachuun ajjeechaa A L I Guraandhala 23, 2014 raawwaten namoonni 20 ajjeefamuu BBCn gabaasee ture.
Mootummaan federaalaa Itoophiyaa ajjeechaa raawwate balaaleeffachuun qaamolee kana raawwatan seeratti akka dhiheessu ibsa gaafa Sambataa baasen ibseera.
Komishinchi ajjeechaa kana murtee seeraa malee ajjeesuu (extra-judicial killing) akka ta'e ibse.
Viidiyoon ajjeechaa lammiilee nagaa kuni miidiyaa hawaasummaa gubbaa naanna'aa ture, rifaatuu kan uumeefi namoonnis balaaleeffataa turani.
Komishinarri Komishinii Mirga Namoomaa Itoophiyaa Dr Daani'el Baqqalaa humnoonni nageenyaa seera cabsaa mul'achuun isaanii namni seerarraa amantee akka dhabu taasisa jedhan.
Mootummaan ajjeechaan kuni Naannoo Beenishaangul Gumuz Godina Matakkal, Aanaa Gubaa ganda Ayisiid jedhamtutti tibbana akka raawwate hime.
Ibsi mootummaa garuu akkaataa ajjeechaan raawwateefi qaamolee kana raawwatan ifatti hin ibsine.
Addi Bilisa Baasaa Ummata Tigraay ibsa baasen ajjeechaa kana balaaleeffateera. Dhaabi kuni gama Lixa biyyattii hidhattoota Gumuuz deeggaru jechuun mootummaan ni himata.
@tikvahethafaanoromoo

Forwarded from BBC AFAAN OROMOO
Tibbana dorgommii barreefama gabaabaa Koreen Idil-Aunyaa Waldaa Qaxxaamura Diimaa Afrikaa Bahaa qopheesse irratti barattuun yuunvarsiitii Dambi Doolloo Madinaa Gammachuu dorgomtoota yuunvarsiitota Afrikaa Bahaa 38 keessaa mo'achuu himte.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/lfdUHi0

BBC News Afaan Oromoo
Barattuun Yunivarsiitii Dambi Doolloo barreeffamaa gabaabaaan yunveristota 38 irraa mo'atte maal himti?
Tibbana dorgommii barreefama gabaabaa Koreen Idil-Aunyaa Waldaa Qaxxaamura Diimaa Afrikaa Bahaa qopheesse irratti barattuun yuunvarsiitii Dambi Doolloo Madinaa Gammachuu dorgomtoota yuunvarsiitota Afrikaa Bahaa 38 keessaa mo'achuu himte.
Qabxii Seensaa
Barattoota marsaa 2ffaa qoramaniif 700 irraa
Saayinsii Uumamaa(Natural Science)
👉Dhiira 423
👉Dhalaa 409
Naannolee guddinarra jiraniifi horsiisee bultootaa barattoota idileef
👉Dhiira 410
👉Dhalaa 396
Barattoota qaroo dhaggeettii hinqabneef
👉Dhiira 350
👉Dhalaa 350
Irra deebii warra qoraman
👉Dhiira 443
👉Dhalaa 443
Dhuunfaan barachuuf 350
Saayinsii Hawaasaa(Social Science) 600 irraa.
👉Dhiira 317
👉Dhalaa 305

👉Dhiira 305
👉Dhalaa 300
Barattoota qaroo dhaggeettii hinqabneef
👉Dhiira 300
👉Dhalaa 300
Irra deebiin warra qoraman
👉Dhiira 335
👉Dhalaa 335
Dhuunfaan barachuuf 300 oli
https://t.me/Sammaan

Telegram
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai

في صوم شهر رمضان
Maalummaa Soomana Ramadaanaa
صوم شهر رمضان ركن من أركان الإسلام، وفرض من فروض الله، معلوم من الدين بالضرورة، يدل عليه الكتاب والسنة والإجماع
Soomanni baatii ramadaanaa, utubaa tokko kan utubaalee islaamaa irraa taheedha, dirqama islaamaa kan quraanaa, hadiisaa fii ijmaa'aan mirkanaayee jiru.
فأما الكتاب: فقوله تعالى: يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا كُتِبَ عَلَيْكُمُ الصِّيَامُ كَمَا كُتِبَ عَلَى الَّذِينَ مِن قَبْلِكُمْ لَعَلَّكُمْ تَتَّقُونَ. البقرة:183
Qur'aana irraa jecha Rabbii oltaheeti ''isin yaa warri amantan soomanni akkuma warra isin duraa irratti barreefametti isin irrattiis barreefamee jira. akka Rabbi sodaattaniif jecha.'' Suuraa baqaraa 183
إلى قوله: شَهْرُ رَمَضَانَ الَّذِي أُنْزِلَ فِيهِ الْقُرْآنُ هُدىً لِلنَّاسِ وَبَيِّنَاتٍ مِنَ الْهُدَى وَالْفُرْقَانِ فَمَنْ شَهِدَ مِنْكُمُ الشَّهْرَ فَلْيَصُمْهُ. البقرة: 185
Hanga jecha Rabbii ol taheetti ''baatii Ramadaanaati kan isa keessaa Qur'aanni qajeelchaa ilmaan namaatii fii ibsaa qajeelloofii haqarraa kan tahe buufame. Namni baatii kana biyya jiru haa soomanuu, isinirraa namni dhukkubsataa yookaan karaa deemsarraa jiru (soomana haa furuu) guyyaalee biro irraa lakkaawwachuutu (qadaa kafaluutu) isarratti jira..." Suuraa baqaraa 185
وأما السنة: فقد قال النبي ﷺ: «بني الإسلام على خمس...»وذكر منها: «صوم رمضان» متفق عليه. والأحاديث في ذلك كثيرة
Hadiisarraayis jecha nabii keenyaati s.a.w "islaamummaan waa shanirratti ijaaramte... jedheeti hadiisa oofee achi keessatti "soomana ramadaanaati" jedhe, (Bukhaariif muslimtu odeesse). Hadiisowwan waayee kanaarratti hedduutu jira.
وأجمع المسلمون على وجوب صوم رمضان، فمن أنكر وجوب صومه كفر
Muslimtoonnis soomanni Ramadaanaa dirqama tahurratti waliif galan, namni waajibummaa isaa morme kaafira tahurrattis waliif galan.
متى فرض صيام رمضان؟
Soomanni Ramadaanaa yoom fardii godhame?
فرض صيام شهر رمضان في السنة الثانية من الهجرة، وصام رسول الله ﷺ: تسع رمضانات
Soomanni ramadaanaa waggaa lammeessaa hijraatti fardii godhame, Nabiin s.a.w ramadaana sagal soomane.

Hayyu-dureen ABO Obbo Daawud Ibsaa erga waggaa tokkoo oliif manaa akka hin baane taasifamanii booda, yeroo jalqabaaf manasaanii alatti mul'achuu BBC afaan oromo gabaasee.
Obbo Daawud har'a ganama keessa Boordii Filannootti walgahii gochuuf garas imaluusaanii BBCn mirkanesseera

#Dargageessaafi_gorsa_jaarsa_tokko!
Obsaan dubbisi👇👇👇
Dargaggeessa tokkotu ture. Fuudhee akkuma waliin jireenya eegalaniin, jireenyi baay'ee itti ulfaate. Kanaaf sababni, duwwummaa golasaanii ture. Furmaata barbaaduuf mana gadhiisee deemuun dirqama itti ta'e. Manaafi haadha warraasaa gatee, bakka biraa deemee hojii humnaa hojjetee waa qabatee dhufuuf deeme. Waggaan tokko yeroo dhumu galuuf jedhe, garuu homaayyuu walitti qabatee hinjiru. Galmasaa bara itti aanutti qabate. Bara sanas hinmilkoofne. "Har'a...bor...waggaa har'aa...bara dhufu...." osoo jedhuu waggaa 15 mana irraa fagaatee ture.
Maallaqni inni walitti qabatee jiru qarshiii 3000 qofaadha. Amma galuun hin oolumaaf, kanuma qabatee galuuf qajeele. Namoota muraasa ta'anii osoo daandii dheeraa deemaa jiranii, jaarsa tokkotti dhufani. Haasawaa keessa, dargageessichi haala keessa ture itti haasahuu hindhiifne. Kanaan wal qabsiisee jaarsichi waan tokko jedheenii. "Qarshii qabattee jirtu kana naaf kenni, animmoo gorsan si gorsa. Gorsi ani si gorsu kun, furtuu jireenyakee ta'a" jedheen. Akka godhu dhabe. Kan qabuu kanuma, kanuma kennuuf jira. Kennes! Jaarsis, qarshii 3000 kanaan gorsa sadii kenneef. "1. Dhiyoo jettee karaa qaxxaamuraa hindeemiin. 2. Waan si hin ilaallanne keessa hinseeniin. 3. Ariifattee murtoo hinkenniin" kan jedhu ture.
Dargageessichi gorsa isaa fudhatee harka duwwaa isaa yommuu qajeelu, warreen kaan gorsicha tuffachuun itti qoosaa turani. Akkanumaan osoo deemanii, bakka wayii gahani. Karaa bosona tokko keessa nama baasu deemuuf yeroo qajeelan, dargageessichi gorsa jaarsaa yaadatee deebi'e. "Dhiyoo jettee karaa qaxxaamuraa hindeemiin!" jedheera jaarsi. Kanaaf warreen kaan dhiisee karaa biraa qabate. Osooma deemuu, karaatti itti dhiyee mana namaatti gore, buluuf. Osoon turiin oduu tokkootu gurra isa bu'e. Saamtonni jarreen bosona keessa bahuuf deeman sana saamanii boodarra akka isaanuu ajeessan, oduu gaddaa dhagahe. Gorsa jaarsaattis baay'ee gammade.
Mooraa mana bulee sana keessatti awwala arge, dargaggeessichi. Maal akka ta'e gaafata. Abbaan manaa akkana jedha; "Mannikoo karaarra waan ta'eef, namoonni goranii bulu. Yeroo kana haati manaakoo maaliif akka akkas fokkiftu na gaafatu. Yeroo kana, ani aareen isaan ajjeessa. Ajjeeseen isaan awwaala. Kun awwaala isaaniiti. Ati akkana naan jechuu dhabuukeetiin badhaasa qabda" jedheenii qarshii 10,000 badhaase. Yeroo kana dargageessichi naasuu guddaa keessa taa'ee waa tokko yaadate. "Waan sin galchine keessa hingaliin" jedhee ture jaarsi.
Guyyaa itti aanu gara mana isaa duraa, gara haadha manaa isaa deemuuf imala eegale. Halkan keessaa sa'aa 6tti gahe. Raftee jirti. Hirriba keessaa hinkaasu jechuun, suuta jedhee harka loofatee banatee olseene. Ajaa'iba arge. Haati warraasaa dargaggeessota lama jidduu rafaa jirti. Aaree waraanuuf jedhee, gorsa jaarsaa yaadate. "Ariifattee hinmurteessiin!" kan jedhutu isa dhorke. Aariima guddaa keessatti of qabeetu, gadi bahee galbii bule. Ganama haati warraasaa yeroo kaatu, isa argitee naatee boo'uu eegalte. Itti marmitees akkana jetteen; "Baga nagaan naaf dhufte. Anis waggaa hedduuf obsaan si eegaan ture. Yeroo ati deemte kan garaatti na hafanii turan, kunoo amma dargaggoota ta'anii si eegani." Jarri isheen jidduu raftu ijoolleemasaa turani. Galgala badii gochuu dhiisuusaaf baay'ee galateeffate. Gorsa jaarsaan akkasitti nama ta'e. Jireenya gammachuus maatiisaa waliin jiraachuu eegale. Qarshii 3000'n waan qarshiin hinbitne argate.
~
👉Gorsis ta'e muuxannoon dhala namaaf daandiidha. Jiruufi jireenya guyyuu keessatti galaa ta'uun nama sooru. Ogeessi isa gorsa fudhatuufi hojiirra oolchudha. Fudhachuu dhiisuun garuu, aarsaa hintaane nama kanfalchiisa. Yeroo tokko tokko, waan xiqqo barbaachisuuf jecha isa hundumarra barbaachisutti dugda gannee argamna. Akkanaan dhabaa jiraanna. Kanaaf hubannaatu fala. Yeroo kamuu haabarannu, muuxannoofi gorsa ofitti haa aanfannu!
~
Dur durii irraan qindeesse!
Horaa Bulaa!
©Abdiisaa Ejjetaa U. Bantii, 2021
~~~~
@OROMOTOO

✨Jum'aa✨
* Nama meeqatu guyyaa jum'aa rasuularatti salawaata buusa?maalif hojii guddaa kanarraa duubatti hafna?
Mee waan Rabbii fi Nabiyyiin keenya nuun jedhan haa ilaallu
Suuraa Al-Ahzab (الْأحزاب), Keeyyata: 56
إِنَّ ٱللَّهَ وَمَلَٰٓئِكَتَهُۥ يُصَلُّونَ عَلَى ٱلنَّبِىِّ يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ صَلُّوا۟ عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا۟ تَسْلِيمًا
[Dhugumatti ,Rabbii fi maleeykonni isaas nabiyyii irratti rahmata buusu Yaa warra amantan! (isinis) rahmata isa irratti buusaa; nageenyas buusinsa buusaa]
Suuraa Jum'aa
{ يا أيها الذين آمنوا إذا نودي للصلاة من يوم الجمعة فاسعوا إلى ذكر الله وذروا البيع ذلكم خير لكم إن كنتم تعلمون }
"Yaa warra amantan! Yeroo guyyaa Jimaataa salaataaf lallabame gara zikrii Rabbii deemaa; daldalas dhiisaa yoo kan beektan taataniif kanatu isiniif caala"
#Hadiisa
#ﻓﻲ ﺻﺤﻴﺢ ﺳﻨﻦ ﺍﻟﻨﺴﺎﺋﻲ ﻣﻦ ﺣﺪﻳﺚ ﺃﻧﺲ - ﺭﺿﻲ ﺍﻟﻠﻪ ﻋﻨﻪ - ﺃﻥ ﺍﻟﻨﺒﻲ - ﺻﻠﻰ ﺍﻟﻠﻪ ﻋﻠﻴﻪ ﻭﺳﻠﻢ - ﻗﺎﻝ : ﻣﻦ ﺻﻠﻰ ﻋﻠﻲَّ ﺻﻼﺓ ﻭﺍﺣﺪﺓ، ﺻﻠﻰ ﺍﻟﻠَّﻪ ﻋﻠﻴﻪ ﻋﺸﺮ ﺻﻠﻮﺍﺕ، ﻭﺣُﻄﺖ ﻋﻨﻪ ﻋﺸﺮ ﺧﻄﻴﺌﺎﺕ، ﻭﺭُﻓﻌﺖ ﻟﻪ ﻋﺸﺮ ﺩﺭﺟﺎﺕ
Nabiin sallallaahu aleeyhi wa sallam Akki Jedhe : Nama salawaata takka narratti buuse, Rabbiin:- Rahmata 10 isarratti buusa,Cubbuu 10 isarraa haqa,Sadarkaa 10 isaaf ol fuudha.
🌹اللهم صلي وسلم على نبينا و حبيبينا محمد وعلى آله وصحبه وسلم 🌹
T.me/Sammaan
* Nama meeqatu guyyaa jum'aa rasuularatti salawaata buusa?maalif hojii guddaa kanarraa duubatti hafna?
Mee waan Rabbii fi Nabiyyiin keenya nuun jedhan haa ilaallu
Suuraa Al-Ahzab (الْأحزاب), Keeyyata: 56
إِنَّ ٱللَّهَ وَمَلَٰٓئِكَتَهُۥ يُصَلُّونَ عَلَى ٱلنَّبِىِّ يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ صَلُّوا۟ عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا۟ تَسْلِيمًا
[Dhugumatti ,Rabbii fi maleeykonni isaas nabiyyii irratti rahmata buusu Yaa warra amantan! (isinis) rahmata isa irratti buusaa; nageenyas buusinsa buusaa]
Suuraa Jum'aa
{ يا أيها الذين آمنوا إذا نودي للصلاة من يوم الجمعة فاسعوا إلى ذكر الله وذروا البيع ذلكم خير لكم إن كنتم تعلمون }
"Yaa warra amantan! Yeroo guyyaa Jimaataa salaataaf lallabame gara zikrii Rabbii deemaa; daldalas dhiisaa yoo kan beektan taataniif kanatu isiniif caala"
#Hadiisa
#ﻓﻲ ﺻﺤﻴﺢ ﺳﻨﻦ ﺍﻟﻨﺴﺎﺋﻲ ﻣﻦ ﺣﺪﻳﺚ ﺃﻧﺲ - ﺭﺿﻲ ﺍﻟﻠﻪ ﻋﻨﻪ - ﺃﻥ ﺍﻟﻨﺒﻲ - ﺻﻠﻰ ﺍﻟﻠﻪ ﻋﻠﻴﻪ ﻭﺳﻠﻢ - ﻗﺎﻝ : ﻣﻦ ﺻﻠﻰ ﻋﻠﻲَّ ﺻﻼﺓ ﻭﺍﺣﺪﺓ، ﺻﻠﻰ ﺍﻟﻠَّﻪ ﻋﻠﻴﻪ ﻋﺸﺮ ﺻﻠﻮﺍﺕ، ﻭﺣُﻄﺖ ﻋﻨﻪ ﻋﺸﺮ ﺧﻄﻴﺌﺎﺕ، ﻭﺭُﻓﻌﺖ ﻟﻪ ﻋﺸﺮ ﺩﺭﺟﺎﺕ
Nabiin sallallaahu aleeyhi wa sallam Akki Jedhe : Nama salawaata takka narratti buuse, Rabbiin:- Rahmata 10 isarratti buusa,Cubbuu 10 isarraa haqa,Sadarkaa 10 isaaf ol fuudha.
🌹اللهم صلي وسلم على نبينا و حبيبينا محمد وعلى آله وصحبه وسلم 🌹
T.me/Sammaan
Telegram
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
#ETHIOPIA 🛫 #SAUDI_ARABIA
Balalliin Xiyyaara Itiyoophiyaa gara Sa'udi Arabiyaa ( Jiddaa fi Riyaad) ji'oota hedduuf addaan citee ture eegalamun ibsameera.
Balalliin gara Sa'udi Arabiyaa addaan citee ture Bitooteessa 6, 2014 eegalee kan itti fufe ta'uu daandiin qilleensa Itiyoophiyaa ibseera.

Forwarded from Yayaa Bashir
Ganama kana Hayyu Dureen ABO Jaal Daawud Ibsaa hidhaarraa hiikamee jira. Kun oduu gaaridha. Warra hafanis hatattamaan sabaa fi biyyaaf hiikaa, Abbaa keenya Ob. Daawud Ibsaa Baga baatan!
Abaa Hureeyraa (RA) irraa Odeeyfamee Ergamaan Rabbii (ﷺ) akkas jedhan; "Jannata keessa Sadarkaa 100 (Dhibba tokko) kan fageenyi Sadarkaa Lamaan jidduu jiru hanga Samii fi Dachii addaan fagaatu Rabbiin (SW) warra karaa isaa keessatti qabsaa'aniif qopheeyse."
(Bukhaariitu gabaase)
Rabbiin warra karaa isaa keessatti qabsaa'ee Sadarkaa guddoo tana argaturraa nu haa taasisu.
Join || @Sano_Haji7

💫🌙🕋📞📚🖊
As Wr Wb Obboleewwan Akkam Naga fayyaa jirtuu isiniin jechaa
Yaadachiisa Guddaa
Innis waaee baatii #Ramadaanati
☪☪☪ guyyaa 4⃣9⃣ qofatu hafe ☪☪☪ jia 1⃣ bulii 19 ☪☪☪
Baatiin/jiini Ramadaana
❤️kan jaalalaati
🧡Kan Tookkummaati
💛Kan Gammachuuti
💚Kan Kabajjaati
❤️ Kan dureessaa fi hiyyeessalle wol qixxeessu
💙Kan murtiin ilma namaa hundi itti murtooftuudha
💜waan jia kana keessa eenyullee lakkaahee fixuu hin dandau.
Yaa obboleewwan koo
Dura kuuno jia hagastu hafe Jennee dubbanna amma immoo guyyaa hagana qofatu hafe jedhaarra.
Jireenyi ilma nama nama hundaaf woli hin qixxooftu
Kanaaf namni sababa garagaraatiin,
dhukkubaanis/dhibeen,
✅lolaan,
✅deemsaan/imalaaf
✅Lafti namatti bariuun
✅dahumsaan.....fi kkf fakkaatan
Keessattuu obboleetti islaamaa maraaf guyyaan hafe kun dheeraa sitti hin fakkaati osoo ati hin argin si bira gahaa jira.
Qadaa of irraa qabdan yaadadhaa ofirraa baasaa wolyaadachiisaa woliif dabarsaa
share
Forward.... godhuu hin dagatinaa

Ilmii geybii (beekumsa fagoo) Rabbi qofatu beeka
Namni beekumsa fagoo ykn ilmii geybii ni beeka ofiin jedhu kafare; sababni isaas namni akkanaa jecha Qur’aanaa kijibsiisee jira. Rabbiin Qur’aana keessatti akkana jedha:
﴿قُل لا يَعلَمُ مَن فِي السَّماواتِ وَالأَرضِ الغَيبَ إِلَّا اللَّهُ﴾ [النمل: ٦٥]
‘(Yaa Muhammad ) wanti samii fi dachii keessaa hunduu Rabbiin malee wanta fagoo (Geybii) hin beeku jedhi’ Suuratu An-Namli aayaa 65
Nama ni Raagaa ykn wanta geeybii nin beeka jedhu bira deemuunis dilii guddoodha.
Rasuulli ﷺ Hadiisa isaanii keessatti akkana jedhan:
«مَنْ أَتَى عَرَّافًا فَسَأَلَهُ عَنْ شَيءٍ؛ لَمْ تُقْبَلْ لَهُ صَلاَةٌ أَرْبَعِينَ لَيْلَةً» رواه مسلم
‘Namni nama waa raagu bira deemee waa isa gaafate, salaatni isaa guyyaa afurtamaaf hin qeebalamtu’ Muslimtu gabaase.
Kana jechuun itti amanuu dhabaatus muslimni nama waa raaga jedhu bira yoo deeme, Salaatni isaa mindaa tokkos isaa hin argamsiiftu jechuu dha.
Namni Muslimaa kan nama raagu bira deemee 'wanti inni jedhe dhugaadha' jedhee itti amanee fudhate ammoo kufritti seena.
Ergamaan Rabbii ﷺ akkana jedhan.
وَعَنْ أَبِي هُرَيْرَةَ رضي الله عنه عَنِ النَّبِيِّ ﷺ قَالَ:«مَنْ أَتَى كَاهِنًا، أَوْ عَرَّافًا، فَصَدَّقَهُ بِمَا يَقُولُ؛ فَقَدْ كَفَرَ بِمَا أُنْزِلَ عَلَى مُحَمَّدٍ» أَخْرَجَهُ أَبُو دَاوُدَ
“Namni 'beekaa' ykn raagaa bira deemee waan inni jedhe dhugoomse, waan Nabi Muhammad irratti bu’etti kafare”
Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaa

Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
Abbaan keenya kun manguddoo ganna jahaatamaati(60). Jiraataa magaalaa Awwadaay ganda Ibaadaa jedhamuuti.
Hawaasni ganda isaanii Abbaa Abdulaxif jedhanii waami
Abbaan keenya kun umrii kanaan Qur'aanaa haffazanii eebbifamanii shahaadaa fudhatan. Qur'aanaa haffazuuf waggaa 1 qofa itti fudhate.
Yaa Allaah abbaa keenya kanas hojii isaa irraa jaaladhu, nutis jaalala Qur'aanaa nuuf kenni, hifzii isaa nuuf laaffisi!!
@Kennaapost @Kennaapost

Herreegni Rabbii kan namaa kanaan adda.
Wanni nama gammachiisu yeroo ati hirte, inni ni baayyisa.
Yeroo ati waan qabdurraa kennite, inni siif heddummeessa. Kennaa inni siif kenne yoo ofuma qofa biratti hanbifte garuu, akka siif hin ida'amne godhaa jirtaa quba qabaadhu.
Jaallawwan wanni kennan maallaqa qofa isinitti hin fakkaatin.
Namoota jaalattuuf yeroo tee kenni. Namoota miidhamaniif gurra kee laadhuu dhaggeeffadhu. Namoota rakkataniif yaada kee gumaachi. Kanneen hubannoo hin qabne immoo waan beeyturraa barsiisi.
Gaafa kana goote wanni qabdu hundi dachaa hedduudhaan yeroo dabalaa deemu agarta.

Forwarded from አዲስ ሪፖርተር - NEWS
#ሼር_አድርጉት
እስካሁን በተገኘው መረጃ መሠረት
105,000 (መቶ አምስት ሺህ) ተማሪ ተፈትኖ ያለፈው 21,000 (ሀያ አንድ ሺህ) ብቻ ነው። ።84 ሺህ ተማሪ ከትምህርት ገበታ ውጪ ሆኗል። ይህ ውጤት የ7 ዞኖች ነው። ምሥራቅ ጎጃም፣ የምዕራብ ጎጃም፣ የዋግኽምራ፣ የሰሜን ወሎ፣ የደቡብ ወሎ፣
የሰሜን ሸዋ እና የደቡብ ጎንደር።
1. በምስራቅ ጎጃም ዞን በ40 ትምህርት ቤቶች 22 ሺህ 297 ተማሪዎች ተፈትነው ያለፉት 3 ሺህ 384 ብቻ ናቸው።
2. በምዕራብ ጎጃም ዞን 25 ሺህ 926 ተማሪ ተፈትኖ ያለፈው 4 ሺህ 195 ብቻ ነው።
3. በዋግኽምራ ዞን 2,923 ተማሪዎች ያለፉት 705 ብቻ፣
4.በሰሜን ወሎ 9,710 ተማሪዎች ተፈትነው ያለፉት 3,657 ብቻ፣
5. ደቡብ ወሎ 14 ሺህ 697 ተማሪዎች ተፈትነው ያለፉት 3, 694 ብቻ ናቸው።
6. ሰሜን ሸዋ ዞን 11 ሺህ 953 ተማሪዎች ተፈትነው ያለፉት 3,042 ብቻ ናቸው።
7. ደቡብ ጎንደር ዞን 17 ሺህ 495 ተማሪዎች ተፈትነው ያለፉት 2,324
ብቻ ናቸው።
ባጠቃላይ በሰባቱም ዞኖች 105 ሺህ ተማሪዎች ተፈትነው ያለፉት 21 ሺህ አንድ ተማሪ ብቻ ናቸው። 84 ሺህ ተማሪዎች ዩኒቨርስቲ ሳይገቡ ቀርተዋል ማለት ነው።
ይህ የ7 ዞኖች ውጤት ነው። የሰሜን ጎንደር፣ ማዕከላዊ ጎንደር፣ ምእራብ ጎንደር፣ አዊ ብሄረሰብ እና ኦሮሞ ብሄረሰብ ገና ይፋ አልሆነም።
Tadele tibebu
https://t.me/smartjobs1

☪Wantoota kana godhuun Ramadaana simatuuf qophaayi☪
👇👇👇👇👇👇👇
🤲du'aa'ii heddummeessuun simadhu.
❓❓ Gaaffiiwwan sooma ilaalchisan kan qabdu ammummarraa akka sii deebi'an warra beekkumsa qabu gaafachuun simadhu.
🔰Qur'aana ji'a san keessatti akkamitti akka fixxu karoora baasuun simadhu.
🖐🖐🤝Warra sitti mufatan dhiifama gaafachuun. Akkasumas warra itti mufatte dhiifama gochuufiin simadhu.
😭😭badii kee lakkoofte gara Rabbii tawbaa qulqulluu gochuun simadhu.
👆👆salaata yeroo fi jama'aan saffaa awwalaa irratti salaatuf karoora baasun simadhu.
👨👨👦maatiwwan kee kunuunsuufi fakkeenya gaarii ta'uuf kutannoo dhaan murteessuun simadhu.
🙅Ramadaanarraa fayyadamuuf wantootaa fi namoota sigufachiisan goonkumaa irraa fagaachuun simadhu.
T.me/Sammaan
👇👇👇👇👇👇👇
🤲du'aa'ii heddummeessuun simadhu.
❓❓ Gaaffiiwwan sooma ilaalchisan kan qabdu ammummarraa akka sii deebi'an warra beekkumsa qabu gaafachuun simadhu.
🔰Qur'aana ji'a san keessatti akkamitti akka fixxu karoora baasuun simadhu.
🖐🖐🤝Warra sitti mufatan dhiifama gaafachuun. Akkasumas warra itti mufatte dhiifama gochuufiin simadhu.
😭😭badii kee lakkoofte gara Rabbii tawbaa qulqulluu gochuun simadhu.
👆👆salaata yeroo fi jama'aan saffaa awwalaa irratti salaatuf karoora baasun simadhu.
👨👨👦maatiwwan kee kunuunsuufi fakkeenya gaarii ta'uuf kutannoo dhaan murteessuun simadhu.
🙅Ramadaanarraa fayyadamuuf wantootaa fi namoota sigufachiisan goonkumaa irraa fagaachuun simadhu.
T.me/Sammaan
Telegram
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Forwarded from TIKVAH AFAAN OROMOO
Imala guddaa gara biyyaa ‘Iid hanga Iid’ jedhamu eegalchiisuuf qophiin xumuramuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiise.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Solaatni Iid Baatii Ramadaanaa Guddaan Ityoophiyaatti akka taasiifamu waamicha dhiyeessan hordofee I-imala Guddaa mata duree ‘Iid hanga Iid’ jedhamuun moggaafame eegalchiisuuf qophiin duraa xumuramuu ibsameera.
Saganticha raawwachiisuuf koreen biyyaalessaa Ministeera Dhimma Alaan durfamu kan hundaa’e yoo ta’u, miseensonni korichi har’a qophii duraarratti mari’ataniiru.
Koricha Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Burtukaan Ayyaanoo fi Ustaaz Abbubakar Ahimadiitu walitti qaba jedhame.
Koreen hojii raawwachiiftuu dhaabbilee mootummaa 16 of keessatti hammate hundaa’uun hojiitti akka galuu himameera.
Koreen biyyaalessaa kun dhaabbata tola oolaa Najjaashii fi Proomooshinii Halaal waliin ta’uun saganticha qopheessuu ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni muul’isa.

Forwarded from BABA TRAVEL AGENT ✈️
#kutaa_12ffaa
Biiroon Barnootaa naannoo Amaaraa garee qormaata barattootaa qoratu gara finfinnee erguu isaa beeksise
Qormaati seensa yuunivarsitii biyyaalessaa bara 2013 rakkina akka qabuufi komii guddaan ka'aa jiraachuun walqabateeti gareen kun kan ergaman jedhameera.
Biiroon Barnootaa naannoo Amaaraa rakkina kana furuuf koree qormaata kana qoratu ergeera.
◈ ━━━━━━━━ ● ━━━━━━━━ ◈
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
📡MIIDIYAA📡JOIN👇SHARE
@ABDII_SABAA1
@ABDII_SABAA1
@ABDII_SABAA1
📚KITAABA BARATAA📚
https://t.me/+G5ZeAWrgdBswODU0