Dawaa Qalbii
9.16K subscribers
2.06K photos
37 videos
31 files
2.78K links
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓

@Rabbiiftai
Download Telegram
"Barnoota gam-lachuu barsiifachuun fardii
Addunyaan barattee barnoota harkaa qabdii .."
Ustaaz Raayyaa Abbaa maccaa
Barattoonni qormaata seensa fudhatanii turan hanga yoonaa qabxiin darbiinsaa ifoomuu dhabuu isaatti mufatan.

Firiin qormaata seensa yuunvarsiitii bara 2013 Gurraandhala 16 bara 2014 ifoomee turuun isaa ni yaadatama. Haata'uyyuu malee qabxiin darbiinsaa hanga yoonaa osoo hin ifoomin turuun isaa barattoota mufachiiseera.

Bara kana akka walii galaatti dhiibbaa garaa garaa biyya keessa jiruun barattoonni kumatamatti lakka'aman qabxii gadi aanaa galmeessaniiru.

Ifoomsi qabxii Sababoota garagaraatin dheeratee kan ture ta'uyyuu hanga yoonaa qabxiin darbiinsaa hin ifoomin turuun isaa xiin sammuu keenya miidhaa jira jechuunis barattonni komii qaban ibsataa jiran.
" የ2014 ዓ.ም የከፍተኛ ትምህርት መግቢያ ፈተና መስጫ ቀን አልተቆረጠም " - የትምህርት ምዘናና ፈተናዎች አገልግሎት

በተያዘዉ የ2014 ዓ.ም 12ኛ ክፍል ለሚማሩ ተማሪዎች “የከፍተኛ ትምህርት መግቢያ ፈተና ከግንቦት 22 - 25/ 2014 ዓ.ም ይሰጣል” የሚል መረጃ በማህበራዊ ትስስር ገጾች እየተጋራ የገኛል።

የትምህርት ምዘናና ፈተናዎች አገልግሎት ኮሙኒኬሽን ዳይሬክቶሬት ባለሙያ የሆኑት አቶ ቤከማ ስለሺ " የ2014 /ፈተና/ መቼ እንደሚሰጥ አልታወቀም። ቀኑ አልተቆረጠም፤ ስለ ፈተናዉ ቀንም የተባለ ነገር የለም” ብለዋል።

በማህበራዊ ትስስር ገጾች እየተዘዋወረ ያለዉ (ፈተናዉ ከግንቦት 22 - 25/ 2014 ዓ.ም ይሰጣል) የሚለዉ መረጃም በተቋሙ እዉቅና እንደሌለዉ ተናግረወልም

“ፈተና የሚሰጥበት ቀን ሲቆረጥና ሲታወቅ በሚዲያዎች መግለጫ ይሰጣል” ብዋል አቶ ቤከማ ስለሺ።

ምንጭ፦ ኢትዮጵያ ቼክ

@tikvahuniversity
Harka namaa osoo hin eeggatin, harkuma keetiin carraaqii nyaadhu!

Rabbiin-Subhaanahu wata'aalaa- akkana jedha:
(وَابْتَغِ فِيمَا آتَاكَ اللَّهُ الدَّارَ الْآخِرَةَ ۖ وَلَا تَنْسَ نَصِيبَكَ مِنَ الدُّنْيَا ۖ وَأَحْسِنْ كَمَا أَحْسَنَ اللَّهُ إِلَيْكَ...)


“Wanta Rabbiin siif kenneen ganda Aakhiraa ittiin barbaadadhu. Addunyaa irraayis qooda kee hin dagatin. Akkuma Rabbiin tola sitti oole, atis tola ooli...” Suuratu Al-Qasas 28: 77


Ergamaan Rabbii (ﷺ) akkana jedhan:
"Eenyullee wanta harka isaatiin dalagatee nyaate caalaa nyaata gaarii gonkumaa hin nyaanne. Nabiyyiin Rabbii Dawud (aleyh salaam) wanta harka isaatiin dalagate irraa nyaataa ture." Sahih al-Bukhari

Harka namaa osoo hin eeggatin, harkuma keetiin carraaqii nyaadhu, akkuma Rabbiin fayyaa siif kennee, akka ati dalagattee arkattuuf tola sitti oolletti, atis rakkatatti tola ooli.

Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaa
✴️Jechoota Hayyootaa ✴️

Yaarabbi nama dubbisee
itti fayyadamee
hundaaf fuula isaa naaf ibsi.

🅾 Hojii hojjattu tokko
Namni naaf ha'argu jettee hinojjatin,
Nama
Saalfattees hindhiisin.

✴️ Hojiin gaarin kani
ati namni irratti sifaarsu
hinbarbaanneedha.

🅾 Duniyaan ganda godaanaa irra
gara ganda Zalaalamiiti,
Namnii kana keessatti
Nama 2 Tahe argama::
1⃣Gurbaa lubbuu isaa
gurguree Of halaake,
2⃣Gurbaa lubbuu isaa
Bitee bilisoomse.

➡️ Dhukkubni hintaane
yo dhukkuba qalbiin diliin dhukkubsattu tahe male,
Wanti du'arra
Namatti jabaatu hinjiru,
Gorfamuuf
duuti gahaadha.

Ajaa'iba Nama dhiba
Nama
halaakamu ykn badu
odoo Wanti najaa
isaa baasu jiru,
Maal isiin yo jettan
Gama rabbii towbaa
deebi'uufi istigfaara godhudha.

✴️ Agarsiifannaaf
karaa 3 tu jiraaf,

1⃣ Hoggaa qobaa bahee jiraatu
nihifata (nitaatiha)

2⃣ Nigammada ykn nimirqaana
hoggaa namaa wajjin jiru

3⃣ waan hojjatu keessatti Faaru namaa yoonif
arge hojiisan dabale
hojjota,
Hoggaa dhabe
ninhiirrisa.

🛑 Sammuun Naamusa
adaba hinqabne
Akka jagana meesha hinqabneeti.

🔰 Namni nama hinaafu
abadan gammachu
hinargatu
Namni sabaaata hinqabnes Obbolummaa hinargatu
Namni haala badus
Jaalala Hinqabu.

Sodaa Rabbii jechuun
Rabbiikee guddaa sodaattee Jiruuke boodaaf kayri hojjatte
Xiqqoo Rabbiin siif kenne Jaallattee
Guyyaa
asirraa godaantuuf deemtuuf Galaa sinqii
qopheffachuudha.

♏️ Qalbiin ilma namaa
kun akkuma qaamni
namaa hifatu taatihaahu
hifatti waan taheef
Beekumasa hamma tokko Horachu barbaada.
ok wadaajoche

💌 Haadha abbaa keetiif
Fira kankeetiif
Nama biraatiifille
kayri hojjachuufi qabadhu .

Ilmi namaa kun wallaahi baay'ee
Nama dhiba,
of guddisa Eegalli uumama isaadha bishaan xiqqoo irraa
kan umaamte
kani boodden isaa
Du,aa bakti mayyiti
tahuu deema.
mee Hamlee kamiin of guddisa.

✴️ Namni nan du'a jedhe beeku of gadi qabuun
dirqama isarratti taha,
Ilma namaatiif
duniyaarra Soora ittin jiraatu argachuun gahaadha,
Ati Yaa qaali namaa
Zamana dhihoo keessa
godaanuuf teessa
Gara biyya callisaa tokkotti.
Maali furmaannike.

Namni yaada isaatiin
of dinqe of Ajaa,ibe
Karaa sirri irra Daba.

Nama biraa dallansiisteef hingammadin,
waan guyyaan qabatee dhufu hinbeektu
waan taheeef.

Namni kun odo xiqqeenya sodaatu
xiqqaata tahee argama.

Maddi odeeffanno
Hayyuu Islamaa
Aliyyii ilma abaa xaalibi. Kitaaba maqaan isaa hukmun wa,aqwaalu
aliiyyi bini abii xaalib jedhurrayi.

علي بن أبي طالب رضي الله عنه.



Waan dubbisteef galatoomi
jazaan ke jannataafi
jijjiirama siif hata,u.
Join godha
@Sammaan
From👇👇👇
@AllHashimslamicstudent
#Grade_12
ከ12ኛ ክፍል የዩኒቨርሲቲ መቁረጫ ነጥብን አስመልክቶ በተደጋጋሚ ጥያቄ እየመጣ ይገኛል ።

የፈተናው ውጤት ሲመጣ ትምህርት ሚኒስቴር ተማሪዎች በቅርቡ መቁረጫ ነጥቡን አውቀው እስከ የካቲት 30 ድረስ ምደባ ይካሄዳል ማለቱ ይታወሳል።

ነገር ግን የሚነገረው ሁሉ ተግባራዊ አይሆንም። ትምህርት ሚኒስቴር በመቁረጫው ነጥብ ምንም ነገር አላለም

ስለዚህ ያላችሁ አማራጭ በትዕግስት ብቻ መጠበቅ ነው። ትምህርት ሚኒስቴር የሚነገርበትን ቀን ለተማሪዎች ብያሳውቅ መልካም ይሆናል።



@Free_Education_Ethiopia 
Let’s be the positive influence in our world!
Stay Safe
Anas ilma maalik tahee sin kaddamnee
Aliyyillee tahee dua sin oolchinee
Hedduu takkaan turee sirraa booda aanee
Garuu sirraa turuun si nan waallaalchifnee❣️

Carraa argadhee fuulaa kee hin garree
Naa fi si jidduu bara heddut dabree
An bar gaafa san duniyarran turree
Hojii fi haala kee seenaadhaaniin bare
❣️
Guyyaan arraa kun silaa gaafas tahee
Fuulli kee Ifaan sun narratti hangaee
Baraatu dheeratee naaf si jidduu dahee
Inshaa Allaah sin arka boru jannatatti gaafa guyyaan gahee
T.me/Sammaan
#NIYYAA

☞ Yeroo dubbattu niyyaa gaariin dubbadhu.

☞ Yeroo califtuus niyyaa gaariin calisi.

☞ Namni hojii isaa dura niyyaa hin dursin hunduu hojiin isaa {sirrii} hin ta'u.

☞ yoo niyyaa kee hin sirreeffatin dubbattus callistuus yakkama taata: dubbachuun keetiif callisuun keetiis sunnaa waan hin ta'iniif.

T.me/Sammaan
Forwarded from MUH£ MüH€
"ASAR" 2
"አሰር" 2

Dabareen kan Asar 2.
#Sagantaan_jama'aa_Hawaas waltajjiin lammaffaan mata duree ''tokko kumaan'' jedhu qabatee isinii dhufaa jira.

ተራዉ የአሰር 2 ነው።
#የሀዋስ_ጀመዓ_ፕሮግራም ሁለተኛዉ መድረክ "አንድን በሺህ" የሚል ርዕስ ይዞ ብቅ እያሌላቹ ነው።


Share
T.me/hpsmuslimjema
Kutaa 12ffaa

Naannoo oromiyaatti barattoota 234,433 tu qormaata seensaa yuunivarsitii fudhate

Barattoota Saayinsii uumamaa(Natural Science )
Dhiira ---75,468
Dhalaa-----52,990
Ida'ama-----128,458

Saayinsii Hawaasaa
Dhiira ---68,243
Dhalaa-----56,895
Ida'ama-----125,188

Saayinsiin uumamaa 600 keessaa qabame. saayinsiin hawaasaa 500 irraa qabame.

Barattoonni saayinsii uumamaan qabxii olaanaa gameessan 224.

Barattoonni saayinsii hawaasaan qabxii olaanaa gameessaa 3 qofa.

#Saayinsii_Uumamaatiin (Natural Science) qabxiin galmaahe daran Fooyya'aa ta'us, Gama #Saayinsii_hawaasaatiin(Social Science) qabxiin galmaahe gahaa akka hin taane ibsameera.

Haaluma wal fakkaatuun,
Barattoota #Saayinsii_Uumamaa 1,28,458 qoraman keessaa Walakkaa fi isaa ol kan fidan barattoota 91,933(71.5%)kan ta'anidha.

Gama #Saayinsii_hawaasaatiin barattoota 1,25,188 qoraman keessaa walakkaa fi isaa ol kan galmeessan barattoota 19,199(15.3%)kan ta'anidha.
#CBE

Baankiin daldala Itiyoophiyaa Akkaawuntii maamiltoota yeroodhaf ni uggura kan jedhame oduu sobaati jedhe.

Baankichi "Odeeffannoo keessan haaromsa jedhe malee herrega baankii uggura hin jenne ." Jedheera.

har'a guyyaa dhumaa maamiltoonni odeeffannoo isaani itti kennan kan jedhames soba jechuun ibseera.

Daayirektarri komnikeeshini baankicha Obbo Yaabsira Kabbada baankichi Odeeffannoo maamiltoota sassaabuuf taajajilaa yeroof dhorge malee guutumatti akka hin uggurre himeera.

Baankiin daldala Itiyoophiyaa tajaajila ATM fi moobayil baankingi dhorguun isaa wanti ugguruun barbaachiseef ittiin bulmaata baankiin biyyoolessaa hojii irra oolchuuf waan dirqamneef jechuun ibsaniiru.

Odeeffannoo haaromsuun hanga guyya har'a (Bitooteessa 2) kan jedhame soba ta'uu ibseera.

Maamiltoonni oduu sobaa qabatanii aduu keessatti hiriiru, burjaaja'un yeroo isaani gubuuu akka hin qabnee fi yeroo barbaadanitti odeeffannoo isaani haaromsu akka danda'an ibsameera.

@tikvahethafaanoromoo
Kutaa 12ffaa

🥇Rank ykn sadarkaa keessan Akka biyyaatti ilaalachuu namoonni barbaadan jalqabaa

1 Group kana @QarooOnlineLearnGroup kan jechuu kanatii nam 30 add gootuu
2 ergaa add gootanii booda karaa @QarooOnlineLearnGroup id keessan ergitu
3 barreeffama kan share gootuu

rank keessan bartuu

✤Join more info
@Sammaan
Forwarded from Free Education Ethiopia ️︎ (RBST)
#MoE

ወደመንግስት ዩኒቨርሲቲዎች የመግቢያ የመቁረጫ ነጥብን በተመለከተ በርካታ ጥያቄዎችን ልካችኃል።

እኛም ጉዳዩን ችላ አላልነውም።

በዛሬ ዕለት ከመቁረጫ ነጥብ ጋር በተያያዘ ለትምህርት ሚኒስቴር ጥያቄ ያቀረብን ሲሆን እስካሁን የመቁረጫ ነጥብ እንዳልታወቀና የትንተናው ስራ እየተሰራ መሆኑን አሳውቆናል።

መቼ ይፋ ይሆናል ? ለሚለውን የቲክቫህ ቤተሰብ አባላት ጥያቄም ሚኒስቴሩ በዚህ ቀን የሚል የተቆረጠ ቀን ባይገልፅም ፤ የትንተና ስራው እየተሰራ በመሆኑ ሲጠናቀቅ እንደሚገለፅ አሳውቋል።



@Free_Education_Ethiopia 
Let’s be the positive influence in our world!
Stay Safe
Raayyaa Abbaa maccaa
Audio
Addunyaa kana irraa namoonni bu'aa gurguddaa buusan gosa lamatu jira.

Isaanis™️

➀. Namoota yaada (qalbii) tasgabba'aa ta'e qabanii fi
➁. Kanneen galata galchuu beekanidha.

➶ Namoonni yaada tasgabbaa'aa qaban waan yaadan qajeeltotti hubatu.
➶ Karoora isaanii ni beeku.
➶ Ogummaadhaan socho'u.

➬ Namoonni waan isaaniif ta'e hundumaaf galateeffatan balbala milkaa'insaa isa itti aanutti darbuuf akeeku. Isaan warra gammadaniidha. Gammachuun isaanii kaka'uumsa hojiif bu'uura.
➬ Wanti itti gammadaa hojjetan yoo dadhabanillee nama hin nuffisiisu.
➬ Namni fedha yoo dhabe malee waan tokko fiixan baasuu hin dadhabu.


sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ​
@faazakirdaawa
@Sammaan
Forwarded from TIKVAH AFAAN OROMOO
Komishiniin Mirga Namoomaa Itoophiyaa ajjeechaa Naannoo Benishaangul, Godina Matakkal, Aanaa Gubaatti torban tokko dura raawwate humnoonni nageenyaa mootummaa raawwachuu hime.

Ibsa komishinichi gaafa Dilbataa bahe ajjeechaan sukaneessaa namoonni nagaa itti gubaman dafee qoratamee itti gaafatamummaan akka jiraatu gaafateera.

''Taateen reeffa gubuu, akkasumas nama tokko jiraa isaa gubuun kan raawwate humnoota nageenya mootummaafi hirmaanna namoota kaaniin ta'u mirkanesseera,'' jechuun ibsa baasen beeksise.

''Ajjeechaa kanaaf ka'umsa kan ta'e guyyaa tokko dura haleellaa hidhattoonni raawwataniin yoo xiqqaate humnoonni nageenyaa fi namoonni nagaa 20 ta'an ajjeefamu ta'uus mirkanesseera,'' jedhe.

Kana dura qondaala olaanaa naannichaa gaafachuun ajjeechaa A L I Guraandhala 23, 2014 raawwaten namoonni 20 ajjeefamuu BBCn gabaasee ture.

Mootummaan federaalaa Itoophiyaa ajjeechaa raawwate balaaleeffachuun qaamolee kana raawwatan seeratti akka dhiheessu ibsa gaafa Sambataa baasen ibseera.

Komishinchi ajjeechaa kana murtee seeraa malee ajjeesuu (extra-judicial killing) akka ta'e ibse.

Viidiyoon ajjeechaa lammiilee nagaa kuni miidiyaa hawaasummaa gubbaa naanna'aa ture, rifaatuu kan uumeefi namoonnis balaaleeffataa turani.

Komishinarri Komishinii Mirga Namoomaa Itoophiyaa Dr Daani'el Baqqalaa humnoonni nageenyaa seera cabsaa mul'achuun isaanii namni seerarraa amantee akka dhabu taasisa jedhan.

Mootummaan ajjeechaan kuni Naannoo Beenishaangul Gumuz Godina Matakkal, Aanaa Gubaa ganda Ayisiid jedhamtutti tibbana akka raawwate hime.

Ibsi mootummaa garuu akkaataa ajjeechaan raawwateefi qaamolee kana raawwatan ifatti hin ibsine.

Addi Bilisa Baasaa Ummata Tigraay ibsa baasen ajjeechaa kana balaaleeffateera. Dhaabi kuni gama Lixa biyyattii hidhattoota Gumuuz deeggaru jechuun mootummaan ni himata.

@tikvahethafaanoromoo
Forwarded from BBC AFAAN OROMOO
Tibbana dorgommii barreefama gabaabaa Koreen Idil-Aunyaa Waldaa Qaxxaamura Diimaa Afrikaa Bahaa qopheesse irratti barattuun yuunvarsiitii Dambi Doolloo Madinaa Gammachuu dorgomtoota yuunvarsiitota Afrikaa Bahaa 38 keessaa mo'achuu himte.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/lfdUHi0
Qabxii Seensaa

Barattoota marsaa 2ffaa qoramaniif 700 irraa

Saayinsii Uumamaa(Natural Science)
👉Dhiira 423
👉Dhalaa 409

Naannolee guddinarra jiraniifi horsiisee bultootaa barattoota idileef
👉Dhiira 410
👉Dhalaa 396

Barattoota qaroo dhaggeettii hinqabneef
👉Dhiira 350
👉Dhalaa 350

Irra deebii warra qoraman
👉Dhiira 443
👉Dhalaa 443

Dhuunfaan barachuuf 350

Saayinsii Hawaasaa(Social Science) 600 irraa.

👉Dhiira 317
👉Dhalaa 305

Naannolee guddinarra jiraniifi horsiisee bultootaa barattoota idileef
👉Dhiira 305
👉Dhalaa 300

Barattoota qaroo dhaggeettii hinqabneef
👉Dhiira 300
👉Dhalaa 300

Irra deebiin warra qoraman
👉Dhiira 335
👉Dhalaa 335

Dhuunfaan barachuuf 300 oli

https://t.me/Sammaan
في صوم شهر رمضان

Maalummaa Soomana Ramadaanaa


صوم شهر رمضان ركن من أركان الإسلام، وفرض من فروض الله، معلوم من الدين بالضرورة، يدل عليه الكتاب والسنة والإجماع

Soomanni baatii ramadaanaa, utubaa tokko kan utubaalee islaamaa irraa taheedha, dirqama islaamaa kan quraanaa, hadiisaa fii ijmaa'aan mirkanaayee jiru.

فأما الكتاب: فقوله تعالى: يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا كُتِبَ عَلَيْكُمُ الصِّيَامُ كَمَا كُتِبَ عَلَى الَّذِينَ مِن قَبْلِكُمْ لَعَلَّكُمْ تَتَّقُونَ. البقرة:183

Qur'aana irraa jecha Rabbii oltaheeti ''isin yaa warri amantan soomanni akkuma warra isin duraa irratti barreefametti isin irrattiis barreefamee jira. akka Rabbi sodaattaniif jecha.'' Suuraa baqaraa 183

إلى قوله: شَهْرُ رَمَضَانَ الَّذِي أُنْزِلَ فِيهِ الْقُرْآنُ هُدىً لِلنَّاسِ وَبَيِّنَاتٍ مِنَ الْهُدَى وَالْفُرْقَانِ فَمَنْ شَهِدَ مِنْكُمُ الشَّهْرَ فَلْيَصُمْهُ. البقرة: 185
Hanga jecha Rabbii ol taheetti ''baatii Ramadaanaati kan isa keessaa Qur'aanni qajeelchaa ilmaan namaatii fii ibsaa qajeelloofii haqarraa kan tahe buufame. Namni baatii kana biyya jiru haa soomanuu, isinirraa namni dhukkubsataa yookaan karaa deemsarraa jiru (soomana haa furuu) guyyaalee biro irraa lakkaawwachuutu (qadaa kafaluutu) isarratti jira..." Suuraa baqaraa 185

وأما السنة: فقد قال النبي ﷺ: «بني الإسلام على خمس...»وذكر منها: «صوم رمضان» متفق عليه. والأحاديث في ذلك كثيرة
Hadiisarraayis jecha nabii keenyaati s.a.w "islaamummaan waa shanirratti ijaaramte... jedheeti hadiisa oofee achi keessatti "soomana ramadaanaati" jedhe, (Bukhaariif muslimtu odeesse). Hadiisowwan waayee kanaarratti hedduutu jira.

وأجمع المسلمون على وجوب صوم رمضان،  فمن أنكر وجوب صومه كفر
Muslimtoonnis soomanni Ramadaanaa dirqama tahurratti waliif galan, namni waajibummaa isaa morme kaafira tahurrattis waliif galan.


متى فرض صيام رمضان؟
Soomanni Ramadaanaa yoom fardii godhame?

فرض صيام شهر رمضان في السنة الثانية من الهجرة، وصام رسول الله ﷺ: تسع رمضانات
Soomanni ramadaanaa waggaa lammeessaa hijraatti fardii godhame, Nabiin s.a.w ramadaana sagal soomane.

https://t.me/Sammaan