Dawaa Qalbii
9.17K subscribers
2.06K photos
37 videos
31 files
2.78K links
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓

@Rabbiiftai
Download Telegram
Wanti nuti hojjannu hundi fuula Rabbii barbaachaaf qofa tahuu qaba.

Rabbiin ol ta'e Nabi Muhammadiin (ﷺ) ni jedhe:
قُلْ إِنَّ صَلَاتِي وَنُسُكِي وَمَحْيَايَ وَمَمَاتِي لِلَّهِ رَبِّ الْعَالَمِينَ (162) لَا شَرِيكَ لَهُ وَبِذَلِكَ أُمِرْتُ وَأَنَا أَوَّلُ الْمُسْلِمِينَ (163) الأنعام

"Jedhi (Yaa Muhammad) Dhugumatti salaatni kiyya, ibaadaan (qalmi) kiyya, jireenyi kiyyaafi duuti kiyyas Rabbii Gooftaa aalama qofaafi. Shariikni isaaf hin jiru; isuma kanattin ajajame; ani jalqaba Muslimootati." Al-An'aam: 162-163


Yaa Rabbi waan hojjannu hundaa fuula kee barbaacha nama hojjatu nu godhi.

@Sammaan
"ሙስሊም ወንድሙን አንድ አመት ያኮረፉ ደሙን እንዳፈሰሰ ይቆጠራል"

ነብዩ ሙሀመድ(ሰዐወ)

አቡዳውድ ዘግበውታል

🏁🏁🏁🏁🏁🏁🏁🏁🏁

“Namni obboleessa isaa kan muslimaa itti dallanee(zanni itti badee) waggaa tokko taa'e akka nama dhiiga isaa jigseetti ilaallama”

Nabi Muhammad(saw)

Abu-Daawudtu gabaase

🏁 t.me/ahmedin99
Assalaamu'aleeykum🌴
Warahamatullahi🌴
wabarakaatuh🌴 ☞★★Akhlaaqa(Aadaaba) islaama


🌴🌴🌴🌴 💝  🌴🌴🌴🌴

Waan Namatti wal fakkaturra fagaachuu

Ija qadi qabachuu

Arraba Tiiyffachuu

Qaanfii qabaachu

Obsa qabaachuu


Dhugaa dubbachuu

if gadi qabuu (Tawaadu'a)qabaachuu

Hamaa fi zanniirraa faggachuu

Arjummaa (Nama waa khannatu tahuu)

Rabbiin nama Aklaaqa kanaan bareedu nuhaataasisu !!!

namoonni ilaalcha gaarii qaban namoota milkaa.an ni laalan garuu laaaluun isaanii itti hinaafuuf ykn miidha isaanii haasawuuf osoo hin tahin muuxannoo irraa fudhachuu

Gorsa babbareeda argachuf
T.me/Sammaan
የአላህ መልዕክተኛ(ሰዓወ) እንዲህ ብለዋል:–

🛑 "በኔ ላይ አንዴ ሰለዋትን ላወረደ አላህ በሱ ላይ አስር ሰለዋትን ያወርድበታል። አስር ኃጥያቶችንም ያራግፍለታል።"

"Namni anarrattii salawaata tokko buuse Rabbiin isarratti salawaata kudhan buusa. Badii kudhan isaaf dhiisa."

Nabi Muhammad(saw)
√ Hiriyaan gaariin hin jiru jechuu Kee dura ani hiriyaa gaarii ta'uu danda'aa jedhii of gaafadhu.
√ Dubartiin haadha manaa namaaf taatu hin jirtu jechuu Kee dura ani abbaa manaa gaarii ta'uu danda'aa jedhii of gaafadhu.
√ Dhiirri abbaa manaa gaarii namaaf ta'uu hin jiru jechuu Kee dura ani haadha manaa gaarii ta'uu danda'aa jedhii of gaafadhu.
Kanaaf ati nama qaalii ta'uu beeknaan namni biroo qaalii ta'uu hubatta.

https://t.me/Nasihatuzawaj
💫🌙🕋📞📚🖊
As Wr Wb Obboleewwan Akkam Naga fayyaa jirtuu isiniin jechaa

Yaadachiisa Guddaa
Innis waaee baatii #Ramadaanati
guyyaa 4⃣9⃣ qofatu hafe jia 1⃣ bulii 19
Baatiin/jiini Ramadaana
❤️kan jaalalaati
🧡Kan Tookkummaati
💛Kan Gammachuuti
💚Kan Kabajjaati
❤️ Kan dureessaa fi hiyyeessalle wol qixxeessu
💙Kan murtiin ilma namaa hundi itti murtooftuudha
💜waan jia kana keessa eenyullee lakkaahee fixuu hin dandau.
Yaa obboleewwan koo
Dura kuuno jia hagastu hafe Jennee dubbanna amma immoo guyyaa hagana qofatu hafe jedhaarra.

Jireenyi ilma nama nama hundaaf woli hin qixxooftu
Kanaaf namni sababa garagaraatiin,
dhukkubaanis/dhibeen,
lolaan,
deemsaan/imalaaf
Lafti namatti bariuun
dahumsaan.....fi kkf fakkaatan
Keessattuu obboleetti islaamaa maraaf guyyaan hafe kun dheeraa sitti hin fakkaati osoo ati hin argin si bira gahaa jira.

Qadaa of irraa qabdan yaadadhaa ofirraa baasaa wolyaadachiisaa woliif dabarsaa
share
Forward.... godhuu hin dagatinaa
Yuniversitoonni Saayinsi fi Teeknolojii Itiyoophiyaa bara 2014 qabxii waamicha qormaata seensaa irratti foyyesseera.

Qormaata fudhachuufis, firii barnoota siiviksii hin dabalatu.

• Nannoole guddataa jiraniif( Affaar, Sumaalee, B/gumuuz fu Gambella.)

👉 Injineeringi ( Dhi 375 fi Du 370)
👉 Appilaayidi Saayinsi ( 365 Dhi fi 360 Du)

•Naannolee biroof

👉 Injineeringi ( 380 Dhi fi 375 Du)
👉 Appilaayidi Saayinsi ( 370 Dhi fi 365 Du)

@Sammaan
Forwarded from BBC AFAAN OROMOO
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa ALI Sadaasa 23, 2014 fi Sadaasa 30, 2014 paartilee siyaasaa biyyattii waliin walga'ii taa'erratti hooggantoonnii fi miseensonni paartilee siyaasaa hedduun labsii yeroo muddamaatiin hidhamuu mirkaneeffadheera jedhe.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/Ci6QDUn
Raashiyaan Facebook Uggurte.

Raashiyaan biyya ishee kessaa midiyaa hawaasa Facebook jedhamu tajaajila akka hin kennine guutun guututti cufteerti.

Raashiya baati onkololeessa 2020 irraa jalqabe yoo xiqqaate midiyaa Raashiyaa 26 fi madda oduu ishee irratti loogin jiraatu ibsite.

Dabalataanis yeroo dhihootti Kiremliin waliin waitti dhufeenya kan qaban madda odeeffannoo kan ta'an RT news fi Sputnik News Awurooppaa guututti ugguramu isaani beeksifte.

Kanumaan walqabatee Raashiyaan facebooki guutun guututti dachii ishee iraatti tajaajila akka hin kennine cufteerti.

@tikvahethafaanoromoo
Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaan walqabachuun barattoonni komii dhiheeffatanii turan komii dhiheeffataniif deebii walfakkaataafi komii dhihaateen deebii wal hin simnetu nuuf deebi'e jedhan

Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaan walqabachuun barattoonni komii dhiheeffatanii turan komii dhiheeffataniif deebii walfakkaataafi komii dhihaateen deebii wal hin simnetu nuuf deebi'e jedhan

Itii dabaluun ergaa barattoonni kara keessa nuuf erganiin "Adeemsa komee dhiyeeffannaa qormaata EUEE irratti
ministeerri barnootaa online dhaan barattoonni komii qaban akka dhiyeeffatan beeksisee turuun isaa ni yaadatama
Eejensiin madaallii qormaataafi barnootaa akkaataa komiin barattootaa itti deebi'u ifaan ifatti nutti haa agarsiisus jedhaniiru barattoonni kunniin.

Eejensichi dhimma kana irra deebiin akka hordofuufis gaafataniiru.
Forwarded from Tikvah-University
ከ12ኛ ክፍል ብሄራዊ ፈተና ጋር በተያያዘ ቅሬታ ያቀረቡ ተማሪዎች ተመሳሳይ እና ለቀረበውም ጥያቄ ትክክለኛ ያልሆነ ምላሽ እንደደረሳቸው ገልፀዋል።

ለቲክቫህ መልዕክት የላኩ ተማሪዎች " ቅሬታችንን በአግባቡ ብናቀርብም ምላሹ ግን በፍፁም ከቅሬታችን ጋር የማይገናኝ ነው " ብለዋል።

የሀገር አቀፍ ትምህርት ምዘናና ፈተናዎች ኤጀንሲ የቅሬታ አመላለሱን በግለፅ እንዲያስረዳቸው ጠይቀዋል።

ኤጀንሲው ጉዳዩን እንዲከታተል እና ድጋሚ እንዲፈትሽም ጠይቀዋል። ተማሪዎቹ ለቀረቡት ቅሬታዎች ተመሳሳይ መልስ በሲስተም እየተላከ ሊሆን ይችላል ብለዋል።

ተማሪዎች ባነሱት ጥያቄ ላይ ቲክቫህ የአገር አቀፍ ትምህርት ምዘናና ፈተናዎች ኤጀንሲ የሚመለከታቸውን አካላት በማነጋገር ማብራሪያ ለማቅረብ ይሞክራል።

በሌላ በኩል ወደ መንግስት ዩኒቨርሲቲዎች የሚያስገባው የመቁረጫ ነጥብ መቼ ይፋ እንደሚደረግ እንዲሁም የተማሪዎች ምደባ መቼ ይፋ እንደሚሆን ጠይቆ ያሳውቃል።

@tikvahuniversity
Forwarded from AL-RISALA HUMANITY CENTER (🅾️🅱️S🅰️)
إنا لله وإنا إليه راجعون 😥😥

Shekni Keenna kabajamaan Kan waggaa hedduudhaaf madrasaa qaraasisaa turan #shekh safi Aman erga dhukkubsatanii yeroo dheeraaf manatti deebi'anii booda guyyaa harraa gara ganda Aakhiraatti godaanan
Rabbiin fuula ifaan nuuf haasimatu, maatii isaaniitiifii Hawaasa muslimaa hundaaf jajjabina haa kennuuf.

إنا لله وإنا إليه راجعون اللهم اغفر له وارحمه وعافه واعف عنه.
27/06/2014

Al-Risala HUMANITY CENTER
Assalamu Aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu

Rabbiin Ramadaanaan nu haa gahu
Warra irraa fayyadamus nuhaa taasisu!!!

@Sammaan
Raashiyaan Yuukreenitti yeroof dhukaasa dhaabde.

Dhukaasa dhaabuun kun yeroo hangamiif akka turu wanti ibsame hin jiru.

@Sammaan
Mootummaan Zayitii Liitirii Miiliyoona 40 Yeroo Gabaabaa Keessatti Gara Biyyaa ni galcha jedhe.

Sababa jijjiirama kanaan hanqinni oomishaa mudatee fi burjaajiinni hawaasa biratti uumame qaala’iinsa gatii hammeessuu ibsameera.
@Sammaan
Yeroo garii namoota haala akkaan rakkisaa tahe keessa osoo jiranis, gammachuu fi seequun fuula isaanii irraa mullatutu jira. Haalli kun akkamitti tahuu danda'a jennee ajaa'ibsiifatuu malla?
Rabbiin abbaa fedhe yeroo kamiyyuu gammachiisee kofalchiisa. Aakkasumas abba ifii fedhe ammoo gadda itti naqee boochisuu danda'a.
Allaah ﷻ akkana jedha:

وَأَنَّهُ هُوَ أَضحَكَ وَأَبكى

Suraah An-Najm, Aayaa 43

"Inni isumatu kofalchiise; boochises" (43)


Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaa
Namoonni gaggaariin asiin dura dabran waa 3 waliif dhaamaa turan:
1ffaa; Nama gidduun isaatii fi gidduun Rabbii tolte, Rabbiin gidduu isaatii fi gidduu ilma namaa bareecha.
2ffaa : Nama keessi isaa tole Rabbiin gubbaa isa tolcha.
3ffaa : Namni Aakiraan isa yaachifte Rabbiin waan ganda duniyaa fi Aakiraallee isaaf gaha .
#Ibnul_Qayyim
Join👉@tafak_or
@tafak_or
Magaalaa Adaamaatti zayitiin nyaataa lit.700,000 to'atamuun ibsame.
@Sammaan
"Barnoota gam-lachuu barsiifachuun fardii
Addunyaan barattee barnoota harkaa qabdii .."
Ustaaz Raayyaa Abbaa maccaa