Forwarded from ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸 (👑Lij Iyyasuu👑 Negn⭐)
Namticha kana keessatti Ni'imaa Rabbii wahii Ni Argituu?
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
🔷🔶🔷🔶🔷🔶🔷🔶🔷🔶🔷
Ikrimaa irraa odeeffamee (R,A) Ni jedhe:
📌 Umar Ibnul khaxxaab Nama mokkorame wahii, Qurcaa'aa , Jaamaa, Duudaa , ta'e tokkotti dhufee, Namoota Isaa wajjin jiranuun Akkana jedhe;-
📌 Sila Namicha kana keessatti
Ni'imaa Rabbi wahii ni argituu?? jedhe,.
〽️Hin Arginuu jehaniin,
〽️Umaris lakki ni'imaan Rabbi isarra jira jedhe innis;
📌"kan inni fincaa'u ol hin hidhamne Argaa hin jirtanuu Kun Ni'imaa Rabbiiti jedhe"
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
✍ #Abdussalaam_Idriis
▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️
🔷🔶🔷🔶🔷🔶🔷🔶🔷🔶🔷
NI'IMAAN RAABI NURRATTI OOLE BAAYYEEDHA ISA HAA GALATEEFFANNU
🔷🔶🔷🔶🔷🔶🔷🔶🔷🔶🔷
▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️
Yeroo Mara gorsa Argachuuf
Join godhaa itti dabalamaa,
⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️👇⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️
https://t.me/joinchat/AAAAAFE5LN1wa2wQVxn-fg

Telegram
͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸
Foormulaa Jireenyaa
Forwarded from Deleted Account
====================
Assalau Aleykum🖐
Yaa Ummata muslimaa☪
Waan beeknuun wal gargaaruun
Nurratti dirqama,💫
Isinis Join qofa gochuun
Irraa Fayyadamaa,💐
Chaanaala beeksifachuuf
👉 @diin_islam_bicha
Kanuma qunnamaa,
====================
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Assalau Aleykum🖐
Yaa Ummata muslimaa☪
Waan beeknuun wal gargaaruun
Nurratti dirqama,💫
Isinis Join qofa gochuun
Irraa Fayyadamaa,💐
Chaanaala beeksifachuuf
👉 @diin_islam_bicha
Kanuma qunnamaa,
====================
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Forwarded from Marcador Bot
Itoophiyaatti alkkoofsi namoota koronaavaayirasiin qabamanii 19 qaqqabe
Odeeffannoo dabalataaf
Join tuqaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👇👇👇👇 👇👇👇👇
👇👇👇👇
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
Odeeffannoo dabalataaf
Join tuqaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👇👇👇👇 👇👇👇👇
👇👇👇👇
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota Vayirasiin Koroonaa irratti argame 21 gahuu ibsame
Odeeyfannoo #Nuuralhudaa
Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa Dr.Liiyaa Taaddasa akka ibsitetti, guyyaa kaleessaa fi har’aa qorannoo shakkamtoota irratti godhameen Vayirasichi namoota shan irratti argame. Namoota guyyaa hardhaa Vayirasiin Koroonaa irratti argame jidduu lama jiraattota magaalaa Adaamaa yoo tahan, mucaa waggaa 14 fi dubartii waggaa 48 tahuun beekamee jira. Jiraattonni magaalaa Adaamaa lamaan kanaan dura nama Vayirasichaan qabame waliin wal qunnamtii kan qaban tahuus odeeyfannoon ni addeessa.
Namni saddaffaa ammoo dubartii lammii Ityoophiyaa waggaa 26 dhiheenya kana Beljiyeem irraa deebite tahuu ibsame. Haaluma walfakkaatuun namoonni lama ammoo jiraattota magaalaa Finfinnee yeroo gara garaa Dubaay irraa deebi’an tahuu ibsi Ministeera Fayyaa ni addeessa.
Kanuma hordofuun magaalaa Adaamaatti tajaajilli traanspoortii taaksii magaalaa keessaa, Alhada har’aa irraa eegalee guutumatti kan addaan cite tahuu Biiroon Dhimmoota Kominikeeshiinii Naannoo Oromiyaa beeksise.
Haaluma walfakkaatuun Bulchiinsi magaalaa Asallaa weerara vayrasii Koroonaa ittisuuf sochiin traanspoortii magaalaa keessaa akka dhaabbatu kan murteesse tahuu odeeyfannoon ni addeessa.
#Ityoophiyaa #COVID_19

®"Raachonni Hara qarqaratti sassaabamanii waan iyyaniif Harichi kan isaaniti jechuu miti, Kabaja isaaniif jecha Qurxummiiwwan callisan heddutu jiraatii"
Looreet Tsaggaayee G/Madin
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
@ISLAMISLIFE1
🔷🔶🔷🔶🔷🔶🔷🔶🔷
Jechoota beektotaa
karaa gabaabaan
Argachuuf
Join tuqaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👇👇👇👇 👇👇👇👇
👇👇👇👇
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
Looreet Tsaggaayee G/Madin
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
@ISLAMISLIFE1
🔷🔶🔷🔶🔷🔶🔷🔶🔷
Jechoota beektotaa
karaa gabaabaan
Argachuuf
Join tuqaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👇👇👇👇 👇👇👇👇
👇👇👇👇
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
Forwarded from Qualitymovbot
❄️🌷🌷🌷🌴🌷🌴🌷🌷🌷❄️
Chaanaloota bebbeekamoo kanneen gadii kana ammuma join godhadhaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Chaanaloota bebbeekamoo kanneen gadii kana ammuma join godhadhaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Forwarded from Deleted Account
====================
Assalau Aleykum🖐
Yaa Ummata muslimaa☪
Waan beeknuun wal gargaaruun
Nurratti dirqama,💫
Isinis Join qofa gochuun
Irraa Fayyadamaa,💐
Chaanaala beeksifachuuf
👉 @diin_islam_bicha
Kanuma qunnamaa,
====================
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Assalau Aleykum🖐
Yaa Ummata muslimaa☪
Waan beeknuun wal gargaaruun
Nurratti dirqama,💫
Isinis Join qofa gochuun
Irraa Fayyadamaa,💐
Chaanaala beeksifachuuf
👉 @diin_islam_bicha
Kanuma qunnamaa,
====================
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Forwarded from Marcador Bot
(COVID 19) Pandemic
#Itoophiyaa #23
Itiyophiyatti Namoonni Corona virus qabaman 23 gahuu mummichi ministeera Dr Abiy Ahmed ibsaniiru.
Namoonni 2 ammoo dandamtuu isaani himu.
Odeeffannoo Dabalataaf
👇👇👇👇👇👇👇👇
OPIN

As wr wb yaa Allaah furmaanni sima harka jira yaa Haliim nuti humnaaf dandeetti takkas hin qabnu ummanni keenya jireenni isaa harkaa gara afaaniti mee haga yoom manatti ol deeffamee jiraata Yaa Allaah dhibee kana nurraa kaasi.
Forwarded from Deleted Account
🌹 Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Ibnuabbaas qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Ibnuabbaas qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Forwarded from Deleted Account
====================
Assalau Aleykum🖐
Yaa Ummata muslimaa☪
Waan beeknuun wal gargaaruun
Nurratti dirqama,💫
Isinis Join qofa gochuun
Irraa Fayyadamaa,💐
Chaanaala beeksifachuuf
👉 @diin_islam_bicha
Kanuma qunnamaa,
====================
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Assalau Aleykum🖐
Yaa Ummata muslimaa☪
Waan beeknuun wal gargaaruun
Nurratti dirqama,💫
Isinis Join qofa gochuun
Irraa Fayyadamaa,💐
Chaanaala beeksifachuuf
👉 @diin_islam_bicha
Kanuma qunnamaa,
====================
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Forwarded from Faana beekumsaa (Ibnul Islam)
#UPDATE_COVID-19
@Gaaddisa_Dhugaa
Lakkoofsi Namoota Dhibee Koroonaa Vaayirasiin du'anii guutuu Addunyaatti 36,204 gahe
Dhibeen Koroonaa Vaayiras yeroo ammatti guutuu Addunyaatti saffisaan tatamsaa'a jira, hanga ammatti biyyoota 170 ol keessaatti kan argame yoo ta'u, guutuu Addunyaa irraa namoonni 752,189 dhibee kanaan qabamanii jiru, namoonni 36,204 sababa dhibee kanaan addunyaa irraa godaanuu, akkasumas namoonni 158,688 dhibee kana irraa bayyanachuu odeeyfannoo ni addeessa.
Biyyoonni lakkoobsa namoota dhibee kanaan qabamanii guddaa qabachuun hanga March 30,2020 sadarkaa 1-10 irratti argaman
1.Ameerikaa
Namoonni 145,369 qabamanii jiru.
Namoonni 2,611 kan du'an yoo ta'u
Namoonni 4,574 immoo fayyaanii jiru.
2.Xaaliyaan
Namoonni qabaman 101,739
kan du'an 11,591,
kan bayyanatan immoo 14,620 .
3.Ispeen
Kan qabame: 85,195
Kan du'e: 7,340
Kan bayyanatan: 16,780
4.Chaayinaa
Kan qabame: 81,470
Kan du'e: 3,304
Kan bayyanatan: 75,700
5.Jarmani
Kan qabame: 63,929
Kan du'e: 560
Kan bayyanatan: 9,211
6.Iiraan
Kan qabame: 41,495
Kan du'e: 2,757
Kan bayyanatan: 13,911
7.Faransaayi
Kan qabame: 40,174
Kan du'e: 2,606
Kan bayyanatan: 7,202
8.Biritaaniyaa
Kan qabame: 22,141
Kan du'e: 1,408
Kan bayyanatan: 135
9.Switzerland
Kan qabame: 15,526
Kan du'e: 333
Kan bayyanatan: 1,823
10.Beeljiyeem
Kan qabame: 11,899
Kan du'e: 513
Kan bayyanatan:1,527
Guutuu Addunyaatti namoonni yeroo amma dhibee kanaan dhukkubsatanii walaansa argatu jiran 558,311(95%) isaan jidduu sadarkaa yaaddessa irra kan jiran 28,707 (5%).
AFRIKKAA
Ardii Afrikaatti Itoophiyaa dabalatee biyyoota 46 keessatti kan argame yoo tahu namoonni qabaman
4,760, kan du'an
146 kan bayyanatan
335.
Itoophiyaatti lakkoofsi namoota dhibee kanaan qabamanii walumaagalatti 23 yoo tahu, isaan jidduu namoonni 2 kan fayyaan tahuu ministeerri Fayyaa Itoophiyaa ibse.
T.me/gaaddisa_dhugaa

#BREAKING
Koronaa vaayiraan namoonni qabaman 25 ga'ee jiraa
odeeffannoo dabalataaf
👇 OPEN kan jedhu tuqi👇
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️ O P E N | Bani. ⬜️
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
Koronaa vaayiraan namoonni qabaman 25 ga'ee jiraa
odeeffannoo dabalataaf
👇 OPEN kan jedhu tuqi👇
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️ O P E N | Bani. ⬜️
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
Forwarded from Deleted Account
====================
Assalau Aleykum🖐
Yaa Ummata muslimaa☪
Waan beeknuun wal gargaaruun
Nurratti dirqama,💫
Isinis Join qofa gochuun
Irraa Fayyadamaa,💐
Chaanaala beeksifachuuf
👉 @diin_islam_bicha
Kanuma qunnamaa,
====================
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Assalau Aleykum🖐
Yaa Ummata muslimaa☪
Waan beeknuun wal gargaaruun
Nurratti dirqama,💫
Isinis Join qofa gochuun
Irraa Fayyadamaa,💐
Chaanaala beeksifachuuf
👉 @diin_islam_bicha
Kanuma qunnamaa,
====================
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Forwarded from Qualitymovbot
Nashiidaa haaraa ustaaz raayyaa abbaa maccaa haala yeroo irratti baasan dhaggeeffachuuf 👇👇👇👇👇👇
As wr wb kabajamtoota hordoftoota keenya qaqqaalii fi jaalatamoo hunda keessanuu Rabbiif jecha isin jaalanna Rabbiin fayyaaf umrii dheertuu iimaana waliin qabeenya halaala dabalatee nuu kenne Diin ufii kaddamu nuhaa taasisu har'aaf Dhaamsi nuti harkaa isinii qabnu Waliin taanee dhaamsaf ergaa ulamaa'ota fi hayyoota keennaa dhageeffanne lubbuu teenna fi lubbuu hawaasa keennaa haa baraarru.kana yoo jedhu Rabbirratti irkatuu dhiisu miti Sababa geessun dirqama waan ta'eefi Dhibee #COVID-19 Rabbiin nurraa haa qabu.inni Jundii Rabbii tahu beekuufi amanuu qabna.
Hiyyeessa gargaaraa beelawaa nyaachisa keeyrii cufaayyu hanga dandeenne cimnee haa hojjannu Rabbiin kadhataa.☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪
Namni Sammuu qabdu xiinxali ofis namas baraari!!!
Hiyyeessa gargaaraa beelawaa nyaachisa keeyrii cufaayyu hanga dandeenne cimnee haa hojjannu Rabbiin kadhataa.☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪
Namni Sammuu qabdu xiinxali ofis namas baraari!!!
Forwarded from Deleted Account
🌹 Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Ibnuabbaas qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Ibnuabbaas qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Forwarded from Ahmedin Jebel - አሕመዲን ጀበል
🛑 በኮሮና ቫይረስ የተያዙ ሰዎች ቁጥር ከ1 ሚሊየን በላይ ሆኗል
★★★★★★★★★★★★
📌 በዓለም ላይ በኮሮና የተያዙት ቁጥራቸው 1,000,207 ደርሷል።
📌 የሞቱት= 51,356
📌 ከበሽታው ያገገሙ= 210,199
🛑 Odeffannoo haaraa wa'ee koroonaa
★★★★★★★★★★★★★★★★★★
📌 Addunyaa irratti namoonni kooroonaan qabaman=1,000,207 gahaniiru.
📌 Namoonni addunyaa irraa du'an=42,000
📌 Dhukubacharra warri fayyan =210,199

Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
QOPHII RAMADAANAA
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
✍by Abdulaziz Ahmeddiin
♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤
#Kutaa_1ffaa
Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu
Kabajamtootaa fi jaalatamtoota obboloota koo
Jiini kabajamaa fi jaalatamaan jiini Ramadaanaa dhiyaachuu isaatiin wal qabatee dhiyeenya kana sagantaa #qophii_Ramadaanaa jedhuun barnoota waa'ee ji'a kanaa yoo fedha Rabbii tahe gabaabinaan isiniif dhiyeessuuf yaalla.
Jiini Ramadaanaa ji'a qajeelfamni dhala namaa
#Qur'aanni keessa buufamedha. Kanas Rabbiin akkas jechuun nutti hima👇👇👇
شَهرُ رَمَضَٰانَ اَللَّذِيؔ أُنزِلَ فِيهِ القُرءانُ هُدًی الِناّسِ مُبَیِّنٰتٍ مِنَ الهُدیٰ وَالفُرقَانِ (البَقرة ١٨٥)
Jiini Ramadaanaa ji'a quraanni keessa bu'e dha, qaceelfama ilma namaa fi ibsa(waa'ee haraamaa fi halaalaa), qajeelfamaa fi gargar-baasaa hamaa fi gaarii(baqaraa 185)
Maarree jiini Ramadaanaa ji'a keessa qajeelfamni jiruu fi jireenyaa ilma namaa bu'edha. Akkasumas quraanni kun wantoota dhoorkaa ta'anii fi heyyamamoo tahan sirritti namaaf ibsa, akkasumas quraanni ji'a Ramadaanaa keessa bu'e kun wantoota miidhoo tahanii fi fayyadoo tahan gargar baasee nuuf ibsa. Kanumaaf yeroo hedduu jiini Ramadaanaa ji'a Qur'aanaa jedhamee waamama.
Ji'a kana keessa majlisoota hedduu keessatti ilmiiwwanii fi sagantaawwan biraa hedduun dhaabbachuun quraanni qofti qara'ama.
Nuti hoo maal gochuu qabnaa!!!??
♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡
Ji'a kabajamaa kana keessa wantoota guyyaa guyyaan( daily) hojjechuun nurraa eegamu keessaa inni hangafni quraana qara'uudha.
Kanas asumaan ji'a kana keessa yoo kana dura xumurree jiraanne yeroo meeqa buusuun qaba
Jennee karoorfachuu qabna. Yoo buusnee hin jirres hammuma bakka jirruutti yeroo meeqa irra deddeebi'uun qaba jechuun karoorsuu qabna. Kanas yoo hamma jiini kun seenutti eegne nutti ulfaachuu danda'a, kanaaf harruma irraa kaafnee guyyaa guyyaan daqiiqaa murtaa'e kennineefii qara'uu qabna.
Sababni isaa Ramadaanni ji'a keessa hojjetani malee ji'a keessa qophaawan miti.
Yaa nama barreeffama kana hamma dhumaatti Rabbiin siif laaffifnaan dubbifte!!!
Mee ammuma irraa kaasii sa'aatii itti quraana qaraatu murteeffadhu, boru boru osoo Jettuu yeroon sijalaa akka hin dhumne.
Boruun kan warra sanafootaati malee kan warra salafootaatii miti. Muslimni sekondii qabu harruma fayyadama malee ol hin kaawwatu.
Rabbiin hunda keenyayyuu warra waan dubbatee fi dhagahetti hojjetee milkaa'u nuhaa taasisu!!!🤲🤲😭😭🤲🤲😭😭
Yaa Rabbii keenya dhabaa fi dhibee hunda nurraa kaasii Ramadaanaan nu gahi, warra Ramadaanaa irraahis fayyadamu nu taasisi.
Allaahumma Aamiin summa Aamiin
Yaa Rabbal Aalamiin Aamiin Aamiin
🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
@Kennaapost @Kennaapost
T.me/Kennaapost

KENNAA
KENNAA Dhaloota Qubeetiif!!
Chaanaalii kana irraa👇
👉DA'AWAA
👉ODEEYFANNOO
👉WALALOO
👉ASOOSAMA
👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!!
✍yaadaaf👇
@AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!
Chaanaalii Youtube 👉 https://youtube.com/@kennaatube3465?si=5ATT3Pd