Dawaa Qalbii
9.16K subscribers
2.06K photos
37 videos
32 files
2.78K links
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓

@Rabbiiftai
Download Telegram
Itoophiyaan lammiilee ishee manneen hidhaa Sa'udii keessatti dararamaa jiran gara biyyaa deebisuuf mootummaa Sa'udii Arabiyaa waliin waliigalteerra gahuu dubbi himaan Ministeera Dhimma Alaa Itoophiyaa Ambaasaddar Diinaa Muftii himan.

Ibsa Kamisa miidiyaalee biyya keessaaf kennaniin mootummaan lammilee kanneen gara biyyatti deebisuun ‘’filannoo xumuraati‘’ jedhan ambaasaaddar Diinaan.
💫🌙🕋📞📚🖊
As Wr Wb Obboleewwan Akkam Naga fayyaa jirtuu isiniin jechaa

Yaadachiisa Guddaa
Innis waaee baatii #Ramadaanati
guyyaa 4⃣9⃣ qofatu hafe jia 1⃣ bulii 19
Baatiin/jiini Ramadaana
❤️kan jaalalaati
🧡Kan Tookkummaati
💛Kan Gammachuuti
💚Kan Kabajjaati
❤️ Kan dureessaa fi hiyyeessalle wol qixxeessu
💙Kan murtiin ilma namaa hundi itti murtooftuudha
💜waan jia kana keessa eenyullee lakkaahee fixuu hin dandau.
Yaa obboleewwan koo
Dura kuuno jia hagastu hafe Jennee dubbanna amma immoo guyyaa hagana qofatu hafe jedhaarra.

Jireenyi ilma nama nama hundaaf woli hin qixxooftu
Kanaaf namni sababa garagaraatiin,
dhukkubaanis/dhibeen,
lolaan,
deemsaan/imalaaf
Lafti namatti bariuun
dahumsaan.....fi kkf fakkaatan
Keessattuu obboleetti islaamaa maraaf guyyaan hafe kun dheeraa sitti hin fakkaati osoo ati hin argin si bira gahaa jira.

Qadaa of irraa qabdan yaadadhaa ofirraa baasaa
Akkasumas aalaa aalii keessan,hiriyyoota keessanillee wolyaadachiisaa woliif dabarsaa
share
Forward.... godhuu hin dagatinaa
👇👇👇
@Quwwatulislaam
@birraainspire
LAMMIILEE ITOOPHIYAA SAA'UDI ARABIYAATTI HIRAARFAMAA JIRAN

Lammiileen keenya biyya Saa'udi Arabiyaa keessatti hidhamanii hiraarfamaa jiran tumsa keessan, tumsa keenya, tumsa isaanii barbaadu. Kanaaf waan dandeenyuun haa dirmannuufiin dhaamsa kiyya.

Rabbiin haa dirmatuuf !!!

#SaveOurPeopleInSaudiArabia
#SaudiArabia 🇸🇦
#Ethiopia 🇪🇹
#savelives
#AmnestyInternational
#HumanRightsWatch
#UNHumanRightsCouncil
#UN

@Sammaan
Ministeerri Dhimma Alaa Masrii hidha haaromsaarraa anniisaa elektirikii maddisiisuu eegaluun qajeeltoowwan waliigaltee biyyootaa kan cabsuudha jechuun Masriin akka tarkaanfii Itoophiyaa mormitu ibse.

via BBC News Afaan Oromo
Manni Marichaa Walga’ii Addaa Har’a Gaggeesseen Muudama Kaadhimamtoota Komishinarootaa 11, sagalee caalma fi namoota 5 kan sagalee hin kenninen raggaasise.

Haaluma kanaan:-
1. Proofeesar Masfin Aarayaa, (walitti qabaa)

2. Aadde Hiruut Gabrasilaasee Odaa ( itti aantu walitti qabaa)

3. Dooktar Tagenye Warqi Geetuu Mangashaa

4. Ambaasaaddar Dooktar Ayifoorit Mahaammad Yaasin

5. Aadde Bileen Gabramadin Yoosee

6. Dooktar Yoonaas Adahee

7. Obbo Zagayyee Asfaaw Abdii

8. Obbo Malaakuu Waldamaariyaam

9. Ambaasaaddar Mahaammad Diriir

10. Obbo Mulgeetaa Agoo fi

11. Dooktar Ambaayee Ogaatoo Aanaataan Komishinar Komishinii Maree biyyaalessaa taasiisuun moggaaseera.

@tikvahethafaanoromoo
RIFT VALLEY UNIVERSITY MUSLIM STUDENT JEMEA


#Sagantaa_Guddaafii Hawwisiisaa #Adama_Galma_Olyad
Hafuumii saati Barfachuunu nama seenessa


#ታላቅና_አጉዋጊ_ፕሮግራም በአዳማ😉
#እለተ_እሁድ (ይካትት:-20/06/2014) #በኦሊያድ_ሲኒማ_ከጠዋቱ 2:00 ጀምሮ
እንኳን መቅራት ማርፈድም ጸጸት ይሆንባቸዋል
#Iddoo_Kaardii_seensa_galmaa_itti_Argattan
1. #Humna_Ibsaarraa_gara poostaatti Yeroo dhuftan Maaddayaa Cinaa Gamoo H.H Gubbaa (Waajjira Jam'aa Barattoota Hawaas... #(HPS)) Biro lakk. 405
2. #Ganda11_Gamoo_FM cinaa Fugug mediam clinic by Dr. Mohammed
3. #Boolee_Masjida_Kadijaa
4. #Boolloo_Jam'aa Fajrul Islaam Mana maxxansaa #Ifnaan!
5. #Ganda_03_Jammaa_AYIMA fi kAHATEIN

#የ_መግቢያ_ካርድ_የምታገኙበት_ቦታ
1. #
#ከማብራት_ሀይል_ወደ_ፖስታ_ቤት ሲመጣ ከማደያ ጎን H.H ሕንፃ ላይ(Hawas Preparatory Student's Jemea #(HPS)) ቢሮ ቁ. 405.
2.
#11_ቀበሌ_ከ_FM_ህንፃ_ጎን ፉጉግ መካከለኛ ክሊኒክ.(Fugug Medium Cilinic) By Dr. Mohammed.
3.
#ቦሌ_ከዲጃ_መስጅድ
4.
#ቦሎ_ፈጅሩል_ኢስላም_ጀመዓ #ኢፍናን_ማተሚያ_ቤት)
5
#03_ቀበሌ_AYIMA_ጀምዐ ና ከሃቴይን

Phone No.
📱 0960234041
📱 0941723772


Group @RVUMSJ
For any comment @RVUMSJ_bot
Or @Ahmedziad_Jewar
Forwarded from BBC AFAAN OROMOO
Pirezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidan dhimma muddama Yuukreen irratti pirezidaantii Raashiyaa Viilaadmiir Puutiin waliin marii taasisuuf sadarkaa qajeelfama bu'uuraatti waliigaluu beeksisan.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/RDyIYxq
Lammiin Eertiraa haadha isaarra daa’imummaarraa kaasee adda bahe ganna 47 booda haadhasaa waliin deebi'anii wal argan.

via BBC News Afaan Oromoo
@Sammaan
Awustiraaliyaan namticha biyya keessatti yakkamaa hamaadha jechuun waggoota 12'f adamsaa turte to'annaa jala oolchuu beeksiifte.

via BBC News Afaan Oromoo
Walii galtee ilaalchisee mummichi ministeera mal jedhan?

Dr. Abiy Ahimad

" Hanga ammaa waliigalteen godhame hin jiru. Hanga daqiiqa ammaatti waa'ee waliigaltee heddu haasawama akka jiru dhagahaa jira, garuu haga amma waliigaltee hin goone, hin goone jechun hanga dhumaatti waliigalteen hin jiraatu jechuu miti.

Waliigaltee , marii jechuun rakkoon furameera jechuu osoo hin ta'in rakkoo dhabamsiisuf filannoo qaba jedhani ilaalu dha.

Waliigalteedhaanis Itiyoophiyaa tursiifna, jabeessina, waraanaafis aarsa kan kafalluuf Itiyoophiyaa tursiisufi. Itiyoophiyaa tursiisuf lubbu, qabeenya kenna kan kenninu yoo ta'u miiraa kenna dhiifne waliin dubbachuun Itiyoophiyaa tursiisun kan danda'amu yoo ta'e ija gaarin ilaalu dha. "

@tikvahethafaanoromoo
Dhaabbanni Teeleekoominikeeshinii haarichi Safariikoom Itoophiyaa ji'a eeblaa 1/2014 irraa eegaluun tajaajila barreeffamaa, sagalee , daataa fi kanneen kana fakkaatan kennu akka eegalu beeksise.

👉Baatii Waxabajjii booda tajaajila telekoomii hunda kennu kaan eegaluu ta’uun ibsameera.

👉Finfinnee, Bahaar Daar, Goondar, Dassee Kombolcha, Hararii, Dirree Dawaa fi Jijjigaan iddoowwan tajajilli kun itti eegalu keessa isaan dursaatii.

👉Koodii ka’umsa 07 fayyadamuun tajajila kan kennuu ta'a.

👉Waggoota dhufaan shanan kessatti Walakkaa uumata Itiyoophiyaaf tajajila dhiyeessuuf karoorseera. Waggoota 10 kessatti dhibbeentaa 98% waaliingahuuf karoorseera.

@Sammaan
Dhufeera kunoo Sagantaa guddaafi Jaallatamaan keessummota hedduu qabatee kumaatama hedduun eeggamu Guyyoota Afur qofaan lakkayamu hafee isin eegaa jira.

#TV_Hamiltan_waliin
#Calaqqii_Ramadaana!
#Qopheessa:- JAM'AA BARATTOOTA MUSLIMAA UNIVERSITY RIFT VALLEY

Isinhoo maaltu isinirraa eeggama Ticketti seensa Galmaa osoo isin jalaa Hin dhumatin bitachaa itti qophaayuu qofa Sanbata dhufu Gurraandhala 20/2014 Ganama Adama Galma Olyad sa'ati 2:00 irraa eegalee.
[Sagantaa ganama sa'ati 2:30tti waan jalqabuuf Dursitanii akka argamtan cimsine isin beeksifna]


Ticketti seensa Iddoo kamittuu ni argattu Bilbilaan nu qunnama
#0941723772
#0960234041
#0970117581

@RVUMSJ
Yaada qabdan asiin nuuf qooda @Rvumsj_bot
Ykn @Ahmedziad_Jewar
Assalamu Aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu

Namni mana Rabbii (Masjida) keessatti walitti qabamee Qur'aanaa qara"u ykn zikrii godhu kheeyrii afur argata!!

1, Malaaykonni kabajamoon dhufanii isaan marsanii isaan eegu

2, Rahmanni Allaah isaan hagooga

3, Tasgabbiin Rabbiin biraa isaaniif buuti, Qalbiin isaanii ziqii iimaanaa argatti

4, Allaah n isaan dubbata malaaykota isa bira jiranitti


Maarree obboloota koo Malaaykotaan tikfamuu hin barbaannuu? , Rahmata Allaah hin kajeelluu?, Tasgabbii qalbii keenyaa hin barbaannuu, Akka Allaah n nuun dhaadatu tahuu hin feenuu?
ta'u Qur'aanaa haa qaraanuu!!


Yaa Allaah nuuf laaffisi
@Kennaapost @Kennaapost
#Risaalaa

👉Hundaa jaaladhu,
👉Mara hin amanin,
👉Nam tokkollee keessaa haaqaan maletti hin miidhin.
#tafak_or
#Ibnu_Abbaas:

Nama sadi galata isaanii deebisee hin danda'u :

#1ffaan : Nama salaama dursee na gaafate.
#2ffaan : Nama iddoo teessumaa naaf baldhise/mijeesse.
#3ffaan : nama salaama na gaafachuuf osoo deemu dhukkeen miila isaatti dhahe.
➾Isa #4ffaa immoo Rabbiin malee ani galata deebiseefii hin danda'u. Innis :
Nama rakkoon wahii isa mudattee, halkan guutuu rakkoo tiyya tana eennutti haa himadhu!?, eennutu narraa baaata!? Jedhee erga yaadaa bulee booda namni sun ana ta'uu argatee dhufee natti himate...., galata isaa Rabbiin malee ani hin danda'u jedhe #Abdillaah_binu_Abbaas.
#tafak_o
@Sammaan
Qormaanni sivikii kan bara dabree barattoonni kutaa 12ffa qoraman waan dursee baheef seensa yunivarsiitif hin ilaallamu jedhame.