Dawaa Qalbii
9.16K subscribers
2.06K photos
37 videos
32 files
2.79K links
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓

@Rabbiiftai
Download Telegram
Islaamni Itiyoopiyaatti-1450



Islaamni nabi Muhammad(SAW) itti ergamanii fi Itiyoopiyaan kan walbarani wagga 1450 hadhaa baati rajab keessa. Sahaboonni gara Itiyoopiyaa godaanani kan dhufani barra nabiyyumma wagga 5ffa irratti ture. Kana jechun osoo Nabiyichi makka irraa gara madinaatti hingodaanin waggaa 7 fi baati muraasa dura ture. Kana jeechun kaalaandarri hijra oso tokko jedhee hin jalqabin wagga torba dura jechudha.

Kaalandarri hijra sochi ji'aa irratti hundaahun lakkaawu kan eegale nabiyyiin Rabbi(saw) Makkaa irraa gara Madinaa yeroo godaanani irraayyi. Kana jechun Islaamni gara biyya keenya kan seene hijraan dura waggaa 7 dura jechuudha. Akka lakkofsa hijraati guyyaan harra baati Rajab guyya 1ffaa bara 1443 dha. Eega Ifaan islaama biyya keenya qaqqabee waggaa 1450, yoo immo baati waliitti butnee waggaa 1451ffa ta'aa jechudha. Alhamdulillah.
Via-Ahmedin jebal
Rizqii tee numa argatta

Gurbaa tokkootu eela fagoo keeysatti kufe iyyee iyyee namni dhagahee itti dirmatee haadaan harkisanii baasan, waan dadhabee jiruuf Aannan burcuqqoo takka obaasanii eega wayyaahe booda "akkamitti kufte" ja'anii gaafatan
inniis eela gubbatti achi ja'ee "kunoo akkanattiin kufe"ja'ee ammaas keeysatti kufe garuu taraa tana achumaan du'e
Ulamaaiin akki jedha"Rizqii isaatirra aannan burcuqqoo takkittii hafteef fudhachuuf dhufe "jedhan isiii fudhannaan rizqiin isaa dhumte jedhan
Yaa Rabbi Rizqii gurguddoo nuuf kanni
Gorsa mi'aawaa Jawar Mohammed Oromoof hundaaf dhaame kana irraanfatamuu hin qabu. Gorsi kun dhaloota har'aa qofaaf osoo hin taane dhaloota dhufu hundaafiis gorsa hiikkaa guddaa qabuudha. Akka armaan gadii kanattiin isiniif dhiheessee dubbisaa.

"Dura ofii ta'iitii ergaas ambaa ta'i. Mana kee yoo hin jabeeysin, mana kee yoo hin qulqulleessin, Humna Mana keetii yoo hin too'atin itoophiyaafiis hin taatuu Oromiyaafiis hin taatu. Mana kee yoo too'atte, Sabni kee yoo si wajjiin jiraate, Dantaa saba keetii yoo dursite, Humna cimaa yoo taate, gariin jaallatee sitti makama, gariin abdatee sitti makama, kuun immoo sodaatee osoo hin jaallattin sitti makama."
Forwarded from AL-RISALA HUMANITY CENTER (ⓐNãsìr)
Mootummaan Morocco Rayyaan Du'ee Akka Jiru Ibsite! !إنا لله وإنا إليه راجعون

Boollaa baafamuu isaatti osoo gammanneen fixatin Du'a isaa Dhageenye!! Hedduu nama Rifachiisa!
Rabbiin haadha fi Abbaa isaatiif Sabrii haa kennu, Kan shafa'aa isaaniif Dhaabbatu Rabbiin haa godhuuf!
Jeedalli uumama waan amma dura dalage irra deebi'ee yaadatuu danda'u tahuu fi akkaan abshaala ta'e tahuu beektu? Link ykn footoo gadii kana tuquun ajaa'iba uumama kanaa dubbisaa. https://blog.nuuralhudaa.com/jeedala-cff562852034
🌲Mee gorsa gabaabduu kana Ammaa dhumatti dubbisaa🌲

1✴️Jireenya itti gaafatamummaa
fudhachuu hin sodaatin. Tarii yoo milkoofte
gaggeessaa taata. Yoo Dadhabdekeessatti
immoo irraa baratta.
2) ✴️ Namni waan dubbatuun utuu hin taane waan hojjetuun ibsama. Kanaaf nama gocha isaatiin malee jecha isaatiin hin madaaliin.
3) ✴️ Namni tokko yoo si miidhe baay'ee itti hin gaddin. Sababni isaa muka ija/firii mi'aawaa qabutti dhagaa fi furguggeen baay'atti. ( ija muka sanaa cirachuuf)
4) ✴️ Addunyaa kana irratti namoonni yeroo
mara daandii milkaa'inaa kee irratti dhagaa darbatu. Wanti murteessaan garuu
akkaataa ati dhagaa sana itti ilaaltudha; ittiin
riqicha hojjetachuu ykn ittiin cufaa ofitti ijaaruu filadhu.
5) ✴️ Bu'aa bahiin jireenya nama
dhamdhamsiisa. Injifachuun immoo hiika
jireenyaa nama hubachiisa.
6) ✴️ Bilisummaan yoo rakkina qabsoo keessatti nama mudatu jala dhaabatan malee namatti hin mi'ooftu.

#Obsaa_Abbaa_Naahir
@Sammaan
Rasuulli ﷺ akkana jedhan. "Namni sunnaa kiyya jaalate na jaalate, namni na jaalate immoo jannata keessatti na wajjiin taha" (Tirmiiziitu gabaase)

Kanaaf yaa obboleessa koo, yaa obboleettii too yoo rasuula keenya dhugaan kan jaalannu tahe yoo jannata keessatti ollaa rasuulaa tahuu kan feenu tahe, sunnaa yahuudaa osoo hin taane sunnaa rasuula keenyaa haa hordofnuu!!
@Sammaan
Yaa Rabbii yaa Allah Amriin sitti ulfaatu hin jirtu namoota Mana hidhaa keessatti dararama guddaa keessan jiran aammiin nuuf dhaqqabi nagayaan nuu baasi
Yaa Rabbii Ni dandeettaa nuuf baasi
T.me/Sammaan
Forwarded from BBC AFAAN OROMOO
Dirree Dhawaatii ka'uun hanga Ameerikaatti, achiis hanga gaggeessaa Tekwaandoo Afrikaa tahanitti gahaniiru. Adunyaa irratti Teakwaandoon kan beekaman namoota Kooriyaa Kibbaa fi Ameerikaattis leenjii isaanii xumuruun badhaasota gurguddaaf gahaniiru.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/Gdt0Hbr
Forwarded from BBC AFAAN OROMOO
Koloneel Gammachuu Ayyaanaafi namootni biroon galmee isaanii jala jiran ''ammallee manuma hidhaa keessa jiruu'' jedhan abukaatoon isaanii obbo Tuulii Baayyisaa.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/jQwhvXq
Ni Gahaa‼️

Lammiilee Itiyoophiyaa mana hidhaa Sa'udi Arabiyaa Keessa jiran haqa akka argatan duulli media hawaasumma gaggeeffama jira.

Duulli kunis Feestaali gurraacha isaan uffatan san uffachun biraa dhaabbachu qabna.

Sa'udi Arabiyaa keessa lammiileen keenyaa haala hamaa keesa akka jiran ni beekkama.

Mootummaan Sa'udi Arabiyaa qabannaa bu'uura seeran hidhamaa itti hidhan akka hordofan, deebi haqa akka kennuf duulli midiyaa hawaasa adeemamaa jira.

Duulli kun erga jalqabe torbaan caaleera.

Waa'ee lammiilee keenya wanti haarofti abdii qabu homaa hin jiru.

Duulli midiyaa hawaasumma kun kan lammiilee keenyaf sagalee itti taanu, lammiileen keenya gara biyyatti akka galaniif sagalee kan itti taanu, mootummaa Sa'udi irratti dhiibba uumuun eegumsa seeraa hidhamtootaf akka godhu kan itti taasifnuu dha.

Kabajamtoota lammiilee Itiyoophiyaa afaan Arabiffa dubbattan hundaaf, keessattu isin miidiya hawaasa irratti hoggantoonni Sa'udi Arabiyaa fi mootummanni Addunya rakkoo lammilee keenya akka beekan gochuun sagalee ta'a.

#nigahaa
#FeestaalaGurraacha

الحرية_للسجناء_الاثيوبيين
#العدالة_للسجناء_الاثيوبيين

@Sammaan
As wr wb
.seenaa Ajaa.ibaa

Dhiiras tahee dubartii Amantii ofiitiif falmatuu wanti nama dhorgu Hin jiru seenaa Dhugaa

Dubartiin as irratti argitan tun biyyi isii hindiidha Akkuma beekamu biyyi sun biyya Amantii muslimaa dhiibuu cunqursuu fi jibbuudhaan beekamtuudha

Dubartii tana ishii hijaaba godhattee mana barumsaa deemte ijoolleen itti iyyan sababa hijaaba godhattee dhufteef jedhanii

Isiin garuu kun hin gaddisiisne inumaayyuu hamilee kenneefii

Isin qullaa deemuu yoo mirga qabaattan anillee hijaaban of uwwisee deemuu mirga qaba jetteenii

Allaahu Akubar
Allaahu Akubar
Allaahu Akubar
Jettee Adduniyaa dhageessifte

Rabbi isiirraa haa jaalatu

@Sammaan
ፍትህ ለ 12+1 ተማሪዎች
ፍትህ ለ 12+1 ተማሪዎች
ፍትህ ለ 12+1 ተማሪዎች
ፍትህ ለ 12+1 ተማሪዎች
ፍትህ ለ 12+1 ተማሪዎች
ፍትህ ለ 12+1 ተማሪዎች
ፍትህ ለ 12+1 ተማሪዎች
ፍትህ ለ 12+1 ተማሪዎች
ፍትህ ለ 12+1 ተማሪዎች
ፍትህ ለ 12+1 ተማሪዎች
ፍትህ ለ 12+1 ተማሪዎች
ፍትህ ለ 12+1 ተማሪዎች
ፍትህ ለ 12+1 ተማሪዎች
ፍትህ ለ 12+1 ተማሪዎች
ፍትህ ለ 12+1 ተማሪዎች
ፍትህ ለ 12+1 ተማሪዎች
ፍትህ ለ 12+1 ተማሪዎች
ፍትህ ለ 12+1 ተማሪዎች
ፍትህ ለ 12+1 ተማሪዎች
ፍትህ ለ 12+1 ተማሪዎች
ፍትህ ለ 12+1 ተማሪዎች
ፍትህ ለ 12+1 ተማሪዎች
ፍትህ ለ 12+1 ተማሪዎች
ፍትህ ለ 12+1 ተማሪዎች
❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️


Join us for more information👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
📚📚@Ethio_sstudent📚📚
📚📚@Ethio_sstudent📚📚
📚📚@Ethio_sstudent📚📚
📚📚@Ethio_sstudent📚📚
📚📚@Ethio_sstudent📚📚
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
Forwarded from Oromia Global Media
👉Dawaa shamara Abbaa manaa isiirraa Abdii Muratteef

🌼 SEENAA BAREDDU TANA DUBBISA
KEYSAFU JOLLEN SHAMARRANI SIRRITTI DUBBISA BARNOTA GUDDA QABA👇👇👇


Guyya Tokko Intalti Takka Bulti Isitirra Abdii Kutatte Abba Mana isi Ajjesu Fete. Halkan Oso Yaddu Bulte Barii Isaa Akkamitti Akka Namni Tokko Osoo Isii Irratti Hin Beekin Ajjeesuu Dandeessuf Mala Barbada Gara Harmee Isii Deemte.
Harmee Isii Bira Dheyxe Marii Eegalte Haati Isitis " Osoo Namni Tokko Sirratti Hin Beekin Karaa Ittin jarsa isii Ajjeesuu Dandeysu Siifan Hima Garuu Atis Dursa Wanta Godhu Qabdutu Jira jatten.

1ffaa Jalqaba Abbaa Manaa Kee Waliin Araaramuu Qabda Sababni Isaas Osoo Dubbiin Isin Jidduu Hin Jiraatin Yoo Du'e Namni Situ Ajjeese Ja'e Si Hin Shakkan.

2ffaa Of Qulqulleysi Abbaa Manaa Keetif Miidhagduu Bareedduu Taate Argamuudha Qabdaf.

3ffaa Kunuunsa Gaarii Godhiif Kabajaa Kenniif Waan Ati Isatti Yaadde Akka Si Hin Shakkineef jacha.

4ffaa Obsituu Tahi Jaalala Kenniif Hinaffaa Kee Hir'isi Waan Inni Dubbatu Gurra Kenniifi Dhaggeeffadhu.

🌼 Egasi Qabxiiwwan 4n Kana Dalaguu Nii Dandeysa Jettee Haati Intala Isii Tana Gaafatte Intallis " Ee Rakkoo Hin Qabu Harmee jarsuma kiyya Akkan itti Ajjeesuu Danda'u Qofa Haa Ta'u Malee wan 4ran ati nafdhamte nin godha jatten.

Haati isi ammas akkana jatten " Yoo Akkas Tahe Maal Akka Gochuu Qabdu Sifin himati Sirriitti Na Dhaggeeffadhu" Jette Haati Ammas intala isi gorsu itti fufte.
" Summii Kana Nyaata Isaaf kannitu Keessattu Guyya Guyyaan Xixiqqeysi Kaa'if Suuta Suuta Dadhabsiisaa Ajjeesa" Jetteeni Haati Summii Kana Intala Isititti Kennite.
Intallis Gammadde Summii Kana Fudhattee Gara Mana Isii demte Akkuma Haati Isii Gorsitetti Qabxiiwwan 4n San Dalagde Summii Nyaatatti Layxee Abbaa Manaa Isitif Kennuu Eegalte. Egasi Baatii xiqqo Booda intaltitun boyaa😭😭 Gara Haadha Isii Dhufte akkana jatten "Harmee Amma Ani Abbaa Manaa Kiyya Ajjeesuu Hin Fedhu Ani hedduun Jijjiirame Jira. Jaalallin Isaaf Qabu Guyya guyyani Natti Dabalamaa Dhufe Yaa Ummaa Summii Suni Akka Inni Abbaa Mana Kiyya Na Duraa Hin Ajjeefnef Maal Godhun qaba Ya umma ani isamale jirachu hin dandayu jatte boyaa Hadha isii gafatte.??
Haatii isitis akkana jatten "😊 Abshir Intala tiyya Hin Boo'iin Kan Ani Siif Kenne Summii Miti Sukkaara Tumamaa Dha Garuu Summiin Qabxiiwwan 4n Ani Siif Kenne Sana Dha Isatu Suuta Suutan Abbaa Manaa Kee Ajjeese... Agarte Miti Jalalaa Fi Kunuunsa Yeroo Ati Kennituuf Akkamitti Akka Inni Gaarii Nama Tahe Kanaaf Intalato Kana Irraa Baradhuuti Haadha Manaa Gaarii Tahiif " Jettee Haati Intala Isitif Dhaamte.

🌼Kanafu Ya Obboleyti Tiyya tan islama wanti beku qabnu. Dhiirtu Hanga Fedhe Gara Jabata Yoo Sitti Fakkaate Onneen Isaa Laafaadha. Jaalalaan Mo'achuu Nii Dandeysa tanafu jalqaba ati Haadha Manaa Gaarii Tahiif. Ibiddaa Fi Gubaa Gidduu Keessan Jiru Jaalalaan Gara Nagayaa Fi Gammachuutti Jijjiiruu Nii Dandeysa. Warra wanbaratettti fayyadamu Rabbin Nuhagodhu😊


@Quwwatulislaam
@Sammaan
Justice for Grade 12+1


Justice for Grade 12+1


Justice for Grade 12+1


Justice for Grade 12+1


Justice for Grade 12+1


Justice for Grade 12+1


Justice for Grade 12+1


Justice for Grade 12+1


Justice for Grade 12+1


Justice for Grade 12+1


Justice for Grade 12+1


Justice for Grade 12+1


Justic for Grade 12+1





Join us for more information👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
📚📚@Ethio_sstudent📚📚
📚📚@Ethio_sstudent📚📚
📚📚@Ethio_sstudent📚📚
📚📚@Ethio_sstudent📚📚
📚📚@Ethio_sstudent📚📚
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
Hubadhu kan dura beektus yaadadhu👇👇👇👇👇
Har'i guyyaa nuuf kennameedha!

Gariin namaa har'a osoo hin argin Dachii tana jala seenee
Ykn asirraa deemee jira.
Nutis deemun keenna waan hin ooledha kanaaf guyyaa qabnu kana haa sirnaan itti fayyadamnu!!
ዛሬ ለኛ የተሰጠ ቀን ነው።

ሌሎች ዛሬን ሳያዩ ከምድር በታች ሆነዋል!!!
ሳያዩት ከምድር በታች ከሆኑት ሰዎች ለመለየት ግን እኛ ይህን ቀን ልንጠቀምበት ይገባል።
T.me/Sammaan
Yaa obboleewwan koo Rabbiin waan hedduu qaalii ta'e ka osoo ni bittanna jenneeyyu soqnee hin arganne nuuf kenne dhugumaan nuti immoo isaaf buluun ykn isaaf ajajamuun dirqama keenna.
Qananiin fayyaa qabaachuu fakkeenya guddaadha yerooma ilkaan nama dhukkubu hanga cinqamnu argitanii mii ??
Ati waan jabaa taatef 'Rabbiin fayyaa siif kennee kuun immoo waan laafaa ta'eef dhibee hin kennineef Rabbiin irraa nu gaafachuuf jira kanaaf haa qophoofnu.
@Sammaan