Dawaa Qalbii
9.16K subscribers
2.06K photos
37 videos
32 files
2.79K links
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓

@Rabbiiftai
Download Telegram
Forwarded from BBC AFAAN OROMOO
Hogganaan Adda Bilisa Baasaa Tigraay (TPLF) Dabratsiyoon Gabramikaa'eel (Dr) gareesaaniifi motummaa Itoophiyaa jidduutti haasaan al-kallattii ta'e taasifamaa jiraachuu BBCtti himan.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/DX5mabLti
Rizqii tee......

Eenyulleen karatti sirraa hambisuu hin dandahu, Rizqiin tee si dhaqqabdi. Harka kee keessa dhuftee, inuu garaa kee lixxi. 'Hireen tiyya, Rizqiin tiyya bobaa diinaa jala jirti' jattee hin heewasamin. Osoo Rizqii teenyaan wal hin garre, osoo Rizqii teenya hin fixne addunyaa tana irraa hin gallu. Hin shakkinaa! Hin dhiphatinaa. Yaa Rabbi guddoo nu soori.

Nagayaafi Rahmata ergmaa Rabbii Muhammadﷺ irratti buusuu hin dagatinaa.

NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa
Rabbiin isin haa tiisu galatooma Ustaaz Raayyaa Abbaa maccaa
Wal haa yaadachiisnuu:-Gaddaa fi gammachuun Muslimaa daangaa dabruu hin qabdu.

Namoonni hedduun wantoota barbaadan fi hawwan argachuuf hedduu ifaaju. Wareegama yeroo, qabeenyaa, akkasumas hamma lubbuu ofiitis ni kaffalu. Kaayyoo keenya bira gahuuf tattaafachuun akkuma jirutti tahee, garuu wanta hundi keenya hubachuu qabnutu jira.

Wanti Rabbiin siif murteesse, yoomiyyuu sijala hin miliqu; tattaaffiin kee sababa ta'a malee wantichi jalqabumayyuu keetuma!!
Otoo ati nama taatee gara biyya duniyaa kana hin dhufin siif murtaa'e waan ta'eef!

Faallaa kanaatiin immoo wanti jalqaba siif hin murtaa'in, ati hammam hawwitus, dhamaatus, tattaafattus, Ittis wareegamtu kee tahuu hin danda'u. Sababni isaa jalqabumaa kee tahee hin uumamne.

Rabbiin-Subhaanahu wata'aalaa-qur'aana isaa keessatti akkana jedha:

مَآ أَصَابَ مِن مُّصِيبَةٍ فِى ٱلْأَرْضِ وَلَا فِىٓ أَنفُسِكُمْ إِلَّا فِى كِتَٰبٍ مِّن قَبْلِ أَن نَّبْرَأَهَآۚ إِنَّ ذَٰلِكَ عَلَى ٱللَّهِ يَسِيرٌ (٢٢)

"Rakkoo irraa wanti dachiifi lubbuu keessan keessatti isin tuqe kamillee, odoo isii hin uumin dura kitaaba keessatti galmeessinu malee hin hafu; Dhugumatti, kun Rabbi irratti laafaadha."

لِّكَيْلَا تَأْسَوْا۟ عَلَىٰ مَا فَاتَكُمْ وَلَا تَفْرَحُوا۟ بِمَآ ءَاتَىٰكُمْۗ وَٱللَّهُ لَا يُحِبُّ كُلَّ مُخْتَالٍ فَخُورٍ (٢٣)

"Akka waan isin jalaa dabre irratti hin yaaddofneefi waan (Rabbiin) isiniif kennettis (garmalee) akka hin gammadneefi (kana godhe); Rabbiin nama boonaa, dhaaddataa hunda hin jaallatu"

Kanaafuu waan hawwite argachuuf sababa geessi, garuu Rabbi irratti hirkadhu. Dhabdus hin gaddin. Waan argatteefis Rabbii jalqabuma siif murteeyseef galata galchi; dandeettii keetiin osoo hin taane fedha isaatiin waan ta'eef!!

Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaa
Forwarded from Oromia Education Bureau (𝐀𝐁𝐔𝐁𝐄𝐊𝐄𝐑 /BEKER/)
Qormaatni Biyyaalessaa Bakka Buusuu Kutaa 12ffaa 2013 Qophaa'e

Qormaatni kutaa 12ffaa bara 2013 sababa nageenyaatiin bakka bakkitti hinkennamin hafe Amajji 24 hanga 27, 2014tti kennamuuf qophii hundi xumuramee, meeshaaleen qormaataa buufataalee qormaataa ga'anii jiru.
Godinaalee Qellem Wallaggaa, Wallagga Lixaa, Wallagga Bahaafi Shawaa Lixaa keessatti Manneen Barnootaa 55, aanota 17 keessatti sababa nageenaatiin barattootni keenya qormaata fudhachuuf danqaa guddaan isaan quunnamee ture.
Barattootni keenya hanga ammaa obsa guddaadhaan eeggachaa turuu keessaniif BBOn kabaja guddaa isiniif qaba.

Qormaata kana naamusa eegamuu qabu kabajuun akka fudhattan gaafachaa caasaan barnootaa, bulchiinsaafi qaamoleen nageenyaa qophii barbaachisu hunda xumuruu isaanii beeksisaa milkii gaarii isiniif hawwina.
Carraadhuma kanaan, barattootni warri kana dura qormaata kana fudhattan hanga ammaa obboleewwan keessan hinqoramin obsa guddaan eegaa turtanillee kabaja guddaa qabdu. Barataan akkuma qorameen bu'aa hojii isaa arguuf akka muddamu ni beekama. Hata'u malee, warra sababa nageenyaan danqaman eeguun murteessaa ture.
Akka Oromiyaatti barattootni kuma 21 caalan hinqoramin jiru. Naannoo Amaaraafi Afaar illee haalumti walfakkaatu waan jiruuf obsaan nu eegdanii jirtu.

Lakkoofsi barattoota qormaata bakka buusii kana fudhatan xiqqaa waan ta'eef sororsuun teekinooloojiin waan hojjetamuuf hinturu jennee amanna. Bu'aan waliin yeroo gabaabaa keessatti waan ba'uuf isin illee obsaan akka nu eegdan kabajaan isin gaafanna.

Hawaasni hundi, maatiifi caasaaleen dhimmi ilaallatu milkaa'ina qormaata kanaaf akka tumsitan gaafachaa, obsi maatii, qoramtootaafi barattoota keenya kutaa 12ffaa bara 2013 guddaa ta'uu isaaf kabajni keenya ol-aanaadha.

Carraa gaarii!

BBO
#Qalbifadhaa_Dubbii_Tana...

➬ Qalbii teessan bakka saditti qulqullummaa isii qoradhaa.

➥Yeroo salaattan
➥Yeroo Qur'aana qaraatan
➥Yeroo Kophatti Rabbiin faarsitan

➾Bakka sadan kanatti yoo mi'aa Iimaanaa of keessatti gartan gammadaatiin itti fufaa.

➾Garuu bakka sadan kanatti yoo gogiinsa qalbii of keessatti argitan Hulaan/Balballi teessan akka cufaa jirtu hubadhaa.

••} Sayyida Taabi'iyyootaa Al-Hasanul Basrii

Yaa Rabbi! Rahmata kee kajeella!

🌺ʝσιи🌺
@Sammaan
Forwarded from ️JBMAR (Sammaan Seman)
💫💫Qormaata milkii isiniif haa tahu
☘️መልካም ፈተና ተመኘንላችሁ!🍀
💫Goodluck our beloved students 💫
@arsirobej
#Breaking

Dhimma Hidhamtoota Sa'ud Arabiyaa abdiin akka jiru odeeffadheera. Hidhamtoonni hunduu akka gadi lakkifamanii fi nagayaan gara biyyatti galan waliif galameera. Akkasuma " Ijoolleen hidhamtee hidhaatti dararamaa jirtu baroota hedduuf isin tajaajilaa waan turteef yeroo biyya galtu maallaqatu barbaachisa waan ta'eef, Beenyaa/maallaqni akka kennamuuf" jechuun Walgahii kaleessaa fi Dheengadda mootii biyya Sa'uudii waliin magaalaa Riyaadi fi Dammaam jedhamtu keessatti gaggeeffameen gaafataniiru!
👇👇👇
@Sammaan
Forwarded from ️JBMAR (Bilal Muktar)
As wr wb qormaanni kutaa 12ffaa marsaa 2ffaa akkuma beeksifamaa ture guyyaa har'aa Amajjii 24 2014 eegalee jira haa ta'u malee akkuma barame qormaanni dursee gaafileen suuraa fi pdfn telegram irratti gadi dhiifamaa jira. Barattoonni itti hin fayyadamne miidhamaa ta'u waan ta'eef erga qormaanni bahee nama beektaniif hima.🙏
#Update
Qormaanni biyyaalessaa marsaa 2ffaa naannolee akka Oromiyaa,Amaaraa,beeni shaangul fi Affaaritti kennaa jira #Update

ሁለተኛው ዙር የ12ኛ ክፍል ብሔራዊ ፈተና ዛሬ በአማራ፣ ኦሮሚያ፣ አፋር እና ቤኒሻንጉል ጉሙዝ ክልሎች ሲሰጥ ውሏል።

#Amahra

በአማራ ክልል ከ37 ሺህ በላይ ለሆኑ ተማሪዎች ፈተናው ሲሰጥ ውሏል። በደቡብ እና ሰሜን ወሎ ዞኖች፣ በዋግኸምራ ዞን፣ በኦሮሞ ብሄረሰብ አስተዳደር ዞን፣ በደሴ ከተማ አስተዳደር፣ በሰሜን ሸዋ ዞን ሦሥት ወረዳዎች እና በሰሜን ጎንደር ዞን በአንድ የፈተና ጣቢያ ፈተናው ሲሰጥ ውሏል።

ከኦሮሚያ ክልል ምስራቅ እና ምዕራብ ወለጋ ዞኖች ተፈናቅለው ለመጡ 220 ተማሪዎች በቡሬ ከተማ በተቋቋመ የመፈተኛ ጣቢያ ፈተናው ተሰጥቷል።

#Oromia

በኦሮሚያ ክልል በቄለም ወለጋ ዞን በ12 ወረዳዎች በ42 የፈተና ጣቢያዎች 14 ሺህ 228 ተማሪዎች ለፈተና ተቀምጠዋል።

በምዕራብ ወለጋ የቤጊ እና ቆንደላ ወረዳዎች 1 ሺህ 137 ተማሪዎች በአራት የፈተና ጣቢያ ፈተናውን መውሰድ ጀምረዋል።

#BenishangulGumuz

በቤኒሻንጉል ጉሙዝ ክልል ካማሺ ዞን
ሁለተኛው ዙር የ12ኛ ክፍል fi
ብሔራዊ ፈተና ዛሬ በአማራ፣ ኦሮሚያ፣ አፋር እና ቤኒሻንጉል ጉሙዝ ክልሎች ሲሰጥ ውሏል።


ሁለተኛው ዙር የ12ኛ ክፍል ብሔራዊ ፈተና እስከ ጥር 27/2014 ዓ.ም እንደሚሰጥ ይታወቃል።

@tikvahuniversity
Itiyoo–telekoom sababa waraanaan kaaba Itoophiyaatti taasifamuun baatii 6 darbanitti birrii biiliyoona 3.67 dhabuu hime.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu
Forwarded from Deleted Account
Forwarded from BBC AFAAN OROMOO
Miseensonni nageenyaa fi bulchiinsaa uummata Karrayyuurratti ajjeechaa raawwatan seeraan gaafatamuu qabu jedhe Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/c4gnoZxBf
Tola Isaa Haa kajeellu
Gara Isaa Haa Debinuu

Hadiisa AbuuHurayraan(RA) Nabiyyii irraa dhagahe kessatti ergamaan rabbi kenyaa(SAW)akkana jedhan:"Rabbiin jabaan ol-tahaan akkana jedha;Ani bakka gabrichi koo itti naherregu/ana abdaten jira;ani isaa wajjinini jira; bakka inni nayaadatetti . Wallaahi tokkoon kessan kan yaabbii isaa bakkee/dirreeti argate 3 irra Rabbiitu deebii gabricha isaa gammada.Nama taakkuu tokko gara koo dhihaate dhundhumaan gara isaa dhihaadha, nama dhundhumaan gara koo dhihaate banata harka/bobaatiinin gara isaa dhihaadha,nama deemaa natti dhufe sussukaa/fiigaan itt dhaqa"
👍👍👍
Inshallah nama rakkatus qabaatus duromus hiyyomus gamuma rabbii debi'u isumati birmatu nuhaatasisu...
Forwarded from TIKVAH-ETHIOPIA
#Update

የሀገር አቀፍ የትምህርት ምዘናና ፈተናዎች ኤጀንሲ ለሁለተኛ ዙር ሲሰጥ የነበረው የ2013 ዓ.ም አገር አቀፍ የ12ኛ ክፍል መልቀቂያ ፈተና በሰላም መጠናቀቁን አሳውቋል።

የኤጀንሲው ምክትል ዋና ዳይሬክተር አቶ ተፈራ ፈይሳ ፦
- በኦሮሚያ፣
- በአማራ፣
- በአፋር እና በቤንሻንጉል ጉሙዝ ክልሎች በ189 የፈተና መስጫ ጣቢያዎች ፈተናው መሰጠቱን ገልፀው የመልቀቂያ ፈተናው ካለምንም እንከን በሰላም ተጠናቋል ሲሉ ገልፀዋል።

@tikvahethiopia
Jiruu gabaabduu tana yaada gabaabaan keessa jiraatuun osoo mijjatee jedheetin yaada.

Garuu Ulfaataadha. Hawwiin ilma namaa gabaabbachuun hedduu takka ulfaata. Yaa Rabbii Keenya Jireenya gabaabaa kana keessatti Si jaalachiisuurratti warra gabaabbate nu godhi🙏
Islaamni Itiyoopiyaatti-1450



Islaamni nabi Muhammad(SAW) itti ergamanii fi Itiyoopiyaan kan walbarani wagga 1450 hadhaa baati rajab keessa. Sahaboonni gara Itiyoopiyaa godaanani kan dhufani barra nabiyyumma wagga 5ffa irratti ture. Kana jechun osoo Nabiyichi makka irraa gara madinaatti hingodaanin waggaa 7 fi baati muraasa dura ture. Kana jeechun kaalaandarri hijra oso tokko jedhee hin jalqabin wagga torba dura jechudha.

Kaalandarri hijra sochi ji'aa irratti hundaahun lakkaawu kan eegale nabiyyiin Rabbi(saw) Makkaa irraa gara Madinaa yeroo godaanani irraayyi. Kana jechun Islaamni gara biyya keenya kan seene hijraan dura waggaa 7 dura jechuudha. Akka lakkofsa hijraati guyyaan harra baati Rajab guyya 1ffaa bara 1443 dha. Eega Ifaan islaama biyya keenya qaqqabee waggaa 1450, yoo immo baati waliitti butnee waggaa 1451ffa ta'aa jechudha. Alhamdulillah.
Via-Ahmedin jebal
Rizqii tee numa argatta

Gurbaa tokkootu eela fagoo keeysatti kufe iyyee iyyee namni dhagahee itti dirmatee haadaan harkisanii baasan, waan dadhabee jiruuf Aannan burcuqqoo takka obaasanii eega wayyaahe booda "akkamitti kufte" ja'anii gaafatan
inniis eela gubbatti achi ja'ee "kunoo akkanattiin kufe"ja'ee ammaas keeysatti kufe garuu taraa tana achumaan du'e
Ulamaaiin akki jedha"Rizqii isaatirra aannan burcuqqoo takkittii hafteef fudhachuuf dhufe "jedhan isiii fudhannaan rizqiin isaa dhumte jedhan
Yaa Rabbi Rizqii gurguddoo nuuf kanni
Gorsa mi'aawaa Jawar Mohammed Oromoof hundaaf dhaame kana irraanfatamuu hin qabu. Gorsi kun dhaloota har'aa qofaaf osoo hin taane dhaloota dhufu hundaafiis gorsa hiikkaa guddaa qabuudha. Akka armaan gadii kanattiin isiniif dhiheessee dubbisaa.

"Dura ofii ta'iitii ergaas ambaa ta'i. Mana kee yoo hin jabeeysin, mana kee yoo hin qulqulleessin, Humna Mana keetii yoo hin too'atin itoophiyaafiis hin taatuu Oromiyaafiis hin taatu. Mana kee yoo too'atte, Sabni kee yoo si wajjiin jiraate, Dantaa saba keetii yoo dursite, Humna cimaa yoo taate, gariin jaallatee sitti makama, gariin abdatee sitti makama, kuun immoo sodaatee osoo hin jaallattin sitti makama."
Forwarded from AL-RISALA HUMANITY CENTER (ⓐNãsìr)
Mootummaan Morocco Rayyaan Du'ee Akka Jiru Ibsite! !إنا لله وإنا إليه راجعون

Boollaa baafamuu isaatti osoo gammanneen fixatin Du'a isaa Dhageenye!! Hedduu nama Rifachiisa!
Rabbiin haadha fi Abbaa isaatiif Sabrii haa kennu, Kan shafa'aa isaaniif Dhaabbatu Rabbiin haa godhuuf!