Dawaa Qalbii
9.17K subscribers
2.06K photos
37 videos
32 files
2.79K links
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓

@Rabbiiftai
Download Telegram
Forwarded from BBC AFAAN OROMOO
Itoophiyaatti qajeelfamni haala soorataa(dietary guideline) yeroo ji’a tokkoof lama gidduutti akka uummataaf ifa taasifamu Inistitiyuutii Fayyaa Hawaasaatti, daariktarri Qorannoon Sirna Nyaataa Dr Maasrashaa Tasammaa BBCtti himaniiru.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3IxaFvW
Forwarded from BBC AFAAN OROMOO
Fayyadamtoonni miidiyaa hawaasaa Itoophiyaa keessaa lammiilee biyyattii manneen hidhaa Saa'udii Arabiyaa keessatti dararamaa jiraniif, sochii 'festaala gurraacha' jedhuun sagalee dhageessisaa jiru.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3ItvNDa
Forwarded from TIKVAH-ETHIOPIA
#የ12ኛ_ክፍል_ፈተና

ከመጪው ጥር 24 እስከ ጥር 27 የሁለተኛው ዙር የ12ኛ ክፍል ፈተና ይሰጣል።

የኮሮና ቫይረስ ወረርሽኝ እንዲሁም የሰሜን ኢትዮጵያው ጦርነት በትምህርት ስርዓቱ ላይ ያደረሰው ተፅእኖ ከፍተኛ መሆኑ ይታወቃል።

በተለይም ወረርሽኙ ወደሀገር ከገባ በኃላ እና በትግራይ ክልል ጦርነት ከተነሳ በኃላ የዓመቱ መርሀግብር በእጅጉ ተናግቷል።

ከጥቂት ወራት በፊት ብሄራዊ ፈተና የወሰዱ የ12ኛ ክፍል ተማሪዎች እስካሁን ውጤት ያልተነገራቸው ሲሆን በዚህም ያለትምህርት ወራትን ለማሳለፍ ተገደዋል።

እስካሁን የፈተናው ውጤት ይፋ የሚደረግበትም ቀን አልታወቀም።

በትግራይ ክልል ፈተና መቀመጥ የነበረባቸው ተማሪዎች በጦርነት ምክንያት ላለፉት ዓመታት በአግባቡ ለፈተና መቀመጥ አልቻሉም።

በአማራ፣ በኦሮሚያ እና በቤንሻንጉል ጉሙዝ ክልል የተለያዩ ዞኖችና ወረዳዎች በፀጥታ ምክንያት የ12ኛ ክፍል ፈተና መውሰድ ያልቻሉ ተማሪዎች ከመጪው ጥር 24 እስከ ጥር 27 ቀን 2014 ዓ.ም ለፈተና ይቀመጣሉ።

ይህ ፈተና ሁለተኛ ዙር ሲሆን 58 ሺ 936 ተማሪዎች ፈተናው ይወስዳሉ ተብሎ ነው የሚጠበቀው።

@tikvahethiopia
Namni kamiiyyuu kabajamu qaba.
Mirgi namummaa fi mirgi Dimokraasii eegamuufii qaba.
Forwarded from Seenaa Jimjimoo (Huzeeyfaa Mohammed)
Hayyoonni keenya deemanii Dr Alii gaafatanii jiru!💔💔🙏
👇👇👇
https://youtu.be/0Er_zaBHeeQ
Of hin tuffatin ;ofis hin tuulin.
Qooda Rabbiin Kee siif qoode Gammachuun simadhu waan siif hin taane akka inni sirraa qabu isuma kadhadhu.
Waan beektu immoo obboleewwan keetif qoodi.
Waan dubbisteef galatoomi.
Hiriyyoota keetif share godhi fayyaduu dandeettiin ergaan tun.
@Sammaan
FAAYDAA Ab-suuddaa
Absuudaan gurraachi Du'a malee wanti inni hin fayyisne hin jiru jedhani miire(S.A.W)
Faayda Absuuda irratti barumsiin siiniif qopheesse kunooti...dhandhamaa
1. Dhibee ija gogaa dhukubu nifura
1.Finniisa ballessuf
2. Utaalloof
3. Fooli badaa afaan keessaa nurraa ittisa.
4. Dhukkubbii maashaaf bayeessa.
5. Dhukkubbii dugdaatiif..
6. Dhukkubbii garaa walitti hacuucu.
7. Dhukkubbii ilkaaniif,
8. Infekshinii irgaaf ni tola..
9. Hooqxoo qaama Ykn cittoo
10. Ho'insa qaama dabaluuf.
11. Dhibee himna humna nama qabuuf. .
12. Dadhabina onnee qolachuuf nigargaara.
13. Bareedina gogaa keenyaaf ni tola...
14. Kintarrotii nifoyyeessa akawama isaa daaka daaraa isaa sana jiisa jirbiin keessa galcha..
15. Raammoo garaa keenyaaf damma waliin garaa duwwatti nyaachiftu.
16. Haphina rifeensaaf shayi waliin. .
17. Umrii malee harrii yaasuu ni qolata shayi waliin.
18. Dhibee mata-bowwuutiif dammaa waliin..
19. Dhibee kaansaariif.
20. Madaa deddeebi'a ni qoorsa damma waliin
21. Dhibee sukkaaraaf.
22. Dhibee garaa kaasaatiif.
23. Qakkeef.
24. Dhukkubbii garaa laaleessu
#QABBIYYEE Absuuda
Total Fat =15 g............23%
Saturated fat =0.5 g..... 2%
Cholesterol= 0 mg.........0%
Sodium 88 mg .............3%
Potassium =1,694 mg.....48%
Total Carbohydrate= 52 g........17%
Dietary fiber= 40 g.......160%
Protein =16 g.............32%
Vitamin C...... 35%
Calcium.....119%
Iron....102%
Vitamin B6......25
Magnesium.......96%

#Akkaataan soorata isaa nyaata waliin.
-Shayi waliin
-Damma waliin.
- Buna waliin.
- Bishaan waliin
Galatooma
©Dr.mahmud kedir
Boordiin Hojii Raawwachiiftuu Dhaabbata Fayyaa Addunyaa (WHO) lammiin Itoophiyaa Dr Teedros Adihaanom marsaa lammataaf dhaabbaticha akka hoogganan kaadhime.
Manni Maree Ministeerotaa Itoophiyaa wal gahii ariifachiisaa har'a taa'een labsiin yeroo muddamaa ji'a jahaa hojiirra jiru yeroo isaa dursee akka ka'uuf marii gaggeessuun murtee dabarse.

via BBC
Komishiniin Mirga Namoomaa Itoophiyaa (KMNI)n namoon labsii yeroo muddanaatiin wal qabatee to'ataman atattamaan akka hiikamaniif waamicha dhiyeesse.

via BBC
@Sammaan
Daqiiqaa 1 Kessatti Wantoota Kanneen Godhuu Dandeessa
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
Daqiiqaa 1 keessatti maal gochuu akka dandeenyu beektuu?
1. Daqiiqaa 1 keessatti suuraa Faatihaa yeroo 5 qara'uu ni
dandeenya. Kanaanis mindaa 7000 argachuu dandeenya
jechuu dha.
2. Daqiiqaa 1 keessatti suuraa Iklaasii (QUL HUWA ALLAH )
yeroo 15 dubbisuu ni dandeenya. Kunis Qur'aana Juuzaa 30
harka 5 akka kattamutti nuuf qabama.
3. Daqiiqaa 1 keessatti Nabiyyii jaalatamaa keenya (s.a.w)
irratti yeroo 20 salawaata buusuu ni dandeenya. Kanaanis
Rabbiin nurratti salawaata 200 buusa jechuu dha.
4. Daqiiqaa 1 keessatti yeroo 25 "Subhanallah, walhamdulillah
walaa ilaaha illallah wallahu Akbar" jechuu ni dandeenya.
Jechotni kunneen immoo jechoota Rabbiin biratti irra
jaalatamoo ta'anii dha.
5. Daqiiqaa 1 keessatti yeroo 50 "Subhaanallah wabihamdihii,
subhaanallah Al-aziim" jechuu dandeenya. Jechootni lameen
kunneen jechoota arrabarratti jechuudhaaf salphoo tahanii dha
kan garuu madaala Rabbii irratti ulfaatoo fii Rabbiin biratti
jaalatamoo tahanii dha.
6. Daqiiqaa 1 keessatti yeroo 100 "Astegfurullah" jechuu
dandeenya. Istigfaara gochuun immoo jaalalaa fii araarama
Rabbii argachuuf akkasumas Jannata aseenuuf sababa nuuf
tahuu danda'a.
7. Daqiiqaa 1 keessatti harka keenya gara gubbatti olqabnee
"Yaa Allah!" jechuudhaan waan meeqaa-meeqa Rabbii keenya
kadhachuu dandeenya yaa obboleeyyan Islaamaa.
Obboleewwan Muslimaa, haa hubannuu! Umriin keenya jechuun
bu'aa ida'ama sekondiiwwaniitii fii daqiiqaawwanii tahuu isaa
yoomuu irraanfachuu hin qabnu. Kanaaf yeroo keenya qaalii
tahe kana seeraan itti haa fayyadamnuu!
Rabbiin guyyaa tokko keessatti sekondiiwwan 86,400 nuuf
kennee jira. Mee qananii laakkawamee hin dhumne kan
Rabbiin nurratti ooleef sekondii tokko fudhannee
"ALHAMDULILLAH" jechuun Rabbii keenyaaf galata haa
galchinuu!
ALHAMDULLILLAH!!!
FAAYDAA AANNANI QURUNFUDII/QURUNFULII WALIIN
1). Dadhabuu onneetif.
2). Dadhabbina sammuutii fi waa hubachuu
3). Dhukubba Asmiif
4). Dhukkubbi Ilkanitif
5). Finniisaa Ballessuuf
6). Nyaanni akka Dakaamuuf
7). Dhibee Utaalloo/ qufaatif
8). Dhiiguu foon ilkaanii nurraa qolata.
9). Hanga cholesterol qaama keenyaa ni to’ata.
10). Dhukkuubbii jilbaa fi Lafee
11). Foolii Aaanii gaarii akka qabaannuuf
12). Dhukkubbi yeroo marsaa laguutif
13). Dhibee garaachaaf
14). Dhukkubbi Tiruuf
15). Dhukkubbii ilkaaniif.
16). Dadhabbina ijaatiif
17). Kaansarii nurra ittisuuf
18). Bareeduma Gogaa kenyaaf
19). Dhibee Sukkaarafi
20. Hir'inna Dhiigaaf
21). Dhukkubbi Toonsilitif
22). Gogiinsa Garaatif
23). Rakko Dhala Dhabuun walqabatef
24). Dhibba Dhiigatif
25). Bareeduma Rifeensatif
26). Infekishiini Qaama saalatif
27). Feedhi Nyaata Dabaluufi
Akkamitti fayyadamna yoo jettan
✍️ Qurunfudin ka Dakamee tahu qaba
.Qurunfudi Maanka/Fal'aana tokko Aannani kubbayya tokko wajjin dhugii/dhugaa
Torbanitti yeroo 2-3
Ganama Ganamaa osoo Ciree hin nyaatin sa'aa 1 duraa
#Hub_Namoonni alarjiiki qabdan hin fayyadaminaa.
©Dr.Mahmud Kedir
Forwarded from BBC AFAAN OROMOO
Hogganaan Adda Bilisa Baasaa Tigraay (TPLF) Dabratsiyoon Gabramikaa'eel (Dr) gareesaaniifi motummaa Itoophiyaa jidduutti haasaan al-kallattii ta'e taasifamaa jiraachuu BBCtti himan.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/DX5mabLti
Rizqii tee......

Eenyulleen karatti sirraa hambisuu hin dandahu, Rizqiin tee si dhaqqabdi. Harka kee keessa dhuftee, inuu garaa kee lixxi. 'Hireen tiyya, Rizqiin tiyya bobaa diinaa jala jirti' jattee hin heewasamin. Osoo Rizqii teenyaan wal hin garre, osoo Rizqii teenya hin fixne addunyaa tana irraa hin gallu. Hin shakkinaa! Hin dhiphatinaa. Yaa Rabbi guddoo nu soori.

Nagayaafi Rahmata ergmaa Rabbii Muhammadﷺ irratti buusuu hin dagatinaa.

NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa
Rabbiin isin haa tiisu galatooma Ustaaz Raayyaa Abbaa maccaa