Dawaa Qalbii
8.88K subscribers
2.18K photos
37 videos
42 files
2.91K links
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓

@Rabbiiftai
Download Telegram
Ibnul Qayyim akkana je'e
Teeysoon ummata gaarii(saalihtootaa)waan jaha irraa gara waan jatti sijijjiira
1-shakkii irraa gama yaqiinaa
2-na'arkaa irraa gama ikhlaasaa
3-ghaflaa irraa gama zikrii
4-dunyaa kajeeluu irraa gama aakhiraa kajeeluu
5-boona irra gama if gad qabuu
6-niyyaa hamtuu irraa gama niyyaa tolchuu
Forwarded from Deleted Account
🎤🎤ABDI PROMOTION🏆🏆:
🌹 Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Ibnuabbaas qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
📊 ☆Gaaffiif deebii Guyyaa hadhaa,
________________

🔎[] Nabi s.a.w Suuraa kam qaraanaani kan muslimnii fi mushrikkonnis osoo of hin beekin iddo sajadaatti sujuuda bu'an.

#A| suuraa alaqaa
#B| suuraa najmii
#C| suuraa hijrii
#D| suura muddasir


Deebii sirrii ta'e filadhaa tuqaa
👇👇👇👇


A (24%)
├ Misra Taawakaltuualallaah
├ Yªsin Seifu
├ Abdulaziz Sado
├ Bonaa Ilma Bonaa Ilma
├ Jibril 🙏🙏
├ Wz Xh
├ Taiba Nuur-al-haadi
├ Fatea
├ 𝔅𝔞𝔯𝔟𝔞𝔞𝔡𝔞𝔞 ℌ𝔞𝔮𝔞𝔞
├ Gosaye2 Go Ittaanna
├ Naazi German Naazi
├ Jadiir Suutee
├ Sharafu Xurune Sharafu X
└ Sumayya kamal

B (42%)
├ Fiidaa
├ yaa Rabbi
├ Baredin Sh/Ahamd Asrar
├ Kan darbe hin ilaliin kan hafetu calaa kan nama hin ilaliin kan
├ Ibnul Islam Umar
├ Rad
├ Sammaan Seman
├ Deefo Deefo Maada Jaalala
├ Anta Ilaahi Wa'ana abduka
├ Bakkaalcha Bariisaa
├ Rahmatalla Abdalla
├ Obsinan
├ Abdulaziz Ahmed
├ The red
├ hajira
├ Boriif
├ AZUU
├ kader husen
├ Hasan Musaa
├ Hamzaa Mahammad
├ Timiree Amaan
├ ءبن ناصر
├ BOSS BOSS
├ °•°• °Fŭâd typing....
└ Weya tina

C (22%)
├ Sayfal-islaam Idris
├ Koroona Galatoomi
├ Aisha Abduljewad Aisha Abdul jewad
├ mume
├ Mohammed Saalii
├ Hasbunallaah Allaah wakiil
├ Hafu
├ Maashaa Alaahu Ta'aalaa
├ Abubakar Aliyyi
├ Adam Furaa
├ Adem kasem
├ Ïžö
└ Hayat Jamal

D (12%)
├ Sultan Erenss
├ Fahmi Sabit
├ JOHAR MOHAMMED
├ Anawaar Ähamd
├ Double M 💕 M.M.K
├ fozan Ahmed
└ Lubbu lubbuu jimma

59 👥
Forwarded from Marcador Bot
Yeroo hunda Gaaffiif deebiitti hirmaachuuf, tuqaa👉👉 🇯 🇴 🇮 🇳
Forwarded from ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸 (👑Lij Iyyasuu👑 Negn)
Namticha kana keessatti Ni'imaa Rabbii wahii Ni Argituu?

🔷🔶🔷🔶🔷🔶🔷🔶🔷🔶🔷
Ikrimaa irraa odeeffamee (R,A) Ni jedhe:

📌 Umar Ibnul khaxxaab Nama mokkorame wahii, Qurcaa'aa , Jaamaa, Duudaa , ta'e tokkotti dhufee, Namoota Isaa wajjin jiranuun Akkana jedhe;-

📌 Sila Namicha kana keessatti
Ni'imaa Rabbi wahii ni argituu?? jedhe,.

〽️Hin Arginuu jehaniin,

〽️Umaris lakki ni'imaan Rabbi isarra jira jedhe innis;

📌"kan inni fincaa'u ol hin hidhamne Argaa hin jirtanuu Kun Ni'imaa Rabbiiti jedhe"

#Abdussalaam_Idriis
▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️
🔷🔶🔷🔶🔷🔶🔷🔶🔷🔶🔷
NI'IMAAN RAABI NURRATTI OOLE BAAYYEEDHA ISA HAA GALATEEFFANNU
🔷🔶🔷🔶🔷🔶🔷🔶🔷🔶🔷
▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️
Yeroo Mara gorsa Argachuuf
Join godhaa itti dabalamaa,
⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️👇⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️

https://t.me/joinchat/AAAAAFE5LN1wa2wQVxn-fg
/
Forwarded from Marcador Bot
​​Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota Vayirasiin Koroonaa irratti argame 21 gahuu ibsame
Odeeyfannoo #Nuuralhudaa

Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa Dr.Liiyaa Taaddasa akka ibsitetti, guyyaa kaleessaa fi har’aa qorannoo shakkamtoota irratti godhameen Vayirasichi namoota shan irratti argame. Namoota guyyaa hardhaa Vayirasiin Koroonaa irratti argame jidduu lama jiraattota magaalaa Adaamaa yoo tahan, mucaa waggaa 14 fi dubartii waggaa 48 tahuun beekamee jira. Jiraattonni magaalaa Adaamaa lamaan kanaan dura nama Vayirasichaan qabame waliin wal qunnamtii kan qaban tahuus odeeyfannoon ni addeessa.

Namni saddaffaa ammoo dubartii lammii Ityoophiyaa waggaa 26 dhiheenya kana Beljiyeem irraa deebite tahuu ibsame. Haaluma walfakkaatuun namoonni lama ammoo jiraattota magaalaa Finfinnee yeroo gara garaa Dubaay irraa deebi’an tahuu ibsi Ministeera Fayyaa ni addeessa.

Kanuma hordofuun magaalaa Adaamaatti tajaajilli traanspoortii taaksii magaalaa keessaa, Alhada har’aa irraa eegalee guutumatti kan addaan cite tahuu Biiroon Dhimmoota Kominikeeshiinii Naannoo Oromiyaa beeksise.

Haaluma walfakkaatuun Bulchiinsi magaalaa Asallaa weerara vayrasii Koroonaa ittisuuf sochiin traanspoortii magaalaa keessaa akka dhaabbatu kan murteesse tahuu odeeyfannoon ni addeessa.

#Ityoophiyaa #COVID_19
Forwarded from Marcador Bot
®"Raachonni Hara qarqaratti sassaabamanii waan iyyaniif Harichi kan isaaniti jechuu miti, Kabaja isaaniif jecha Qurxummiiwwan callisan heddutu jiraatii"

Looreet Tsaggaayee G/Madin

@ISLAMISLIFE1
🔷🔶🔷🔶🔷🔶🔷🔶🔷
Jechoota beektotaa
karaa gabaabaan
Argachuuf
Join tuqaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

👇👇👇👇 👇👇👇👇
👇👇👇👇

🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
Forwarded from Marcador Bot
(COVID 19) Pandemic
#Itoophiyaa #23
Itiyophiyatti Namoonni Corona virus qabaman 23 gahuu mummichi ministeera Dr Abiy Ahmed ibsaniiru.
Namoonni 2 ammoo dandamtuu isaani himu.

Odeeffannoo Dabalataaf
👇👇👇👇👇👇👇👇
OPIN
As wr wb yaa Allaah furmaanni sima harka jira yaa Haliim nuti humnaaf dandeetti takkas hin qabnu ummanni keenya jireenni isaa harkaa gara afaaniti mee haga yoom manatti ol deeffamee jiraata Yaa Allaah dhibee kana nurraa kaasi.
Forwarded from Deleted Account
🌹 Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Ibnuabbaas qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Forwarded from Faana beekumsaa (Ibnul Islam)
​​#UPDATE_COVID-19
@Gaaddisa_Dhugaa

Lakkoofsi Namoota Dhibee Koroonaa Vaayirasiin du'anii guutuu Addunyaatti 36,204 gahe

Dhibeen Koroonaa Vaayiras yeroo ammatti guutuu Addunyaatti saffisaan tatamsaa'a jira, hanga ammatti biyyoota 170 ol keessaatti kan argame yoo ta'u, guutuu Addunyaa irraa namoonni 752,189 dhibee kanaan qabamanii jiru, namoonni 36,204 sababa dhibee kanaan addunyaa irraa godaanuu, akkasumas namoonni 158,688 dhibee kana irraa bayyanachuu odeeyfannoo ni addeessa.

Biyyoonni lakkoobsa namoota dhibee kanaan qabamanii guddaa qabachuun hanga March 30,2020 sadarkaa 1-10 irratti argaman

1.Ameerikaa

Namoonni 145,369 qabamanii jiru.
Namoonni 2,611 kan du'an yoo ta'u
Namoonni 4,574 immoo fayyaanii jiru.

2.Xaaliyaan

Namoonni qabaman 101,739
kan du'an 11,591,
kan bayyanatan immoo 14,620 .

3.Ispeen

Kan qabame: 85,195
Kan du'e: 7,340
Kan bayyanatan: 16,780

4.Chaayinaa

Kan qabame: 81,470
Kan du'e: 3,304
Kan bayyanatan: 75,700

5.Jarmani

Kan qabame: 63,929
Kan du'e: 560
Kan bayyanatan: 9,211

6.Iiraan

Kan qabame: 41,495
Kan du'e: 2,757
Kan bayyanatan: 13,911

7.Faransaayi

Kan qabame: 40,174
Kan du'e: 2,606
Kan bayyanatan: 7,202

8.Biritaaniyaa

Kan qabame: 22,141
Kan du'e: 1,408
Kan bayyanatan: 135

9.Switzerland

Kan qabame: 15,526
Kan du'e: 333
Kan bayyanatan: 1,823

10.Beeljiyeem

Kan qabame: 11,899
Kan du'e: 513
Kan bayyanatan:1,527

Guutuu Addunyaatti namoonni yeroo amma dhibee kanaan dhukkubsatanii walaansa argatu jiran 558,311(95%) isaan jidduu sadarkaa yaaddessa irra kan jiran 28,707 (5%).

AFRIKKAA

Ardii Afrikaatti Itoophiyaa dabalatee biyyoota 46 keessatti kan argame yoo tahu namoonni qabaman
4,760, kan du'an
146 kan bayyanatan
335.

Itoophiyaatti lakkoofsi namoota dhibee kanaan qabamanii walumaagalatti 23 yoo tahu, isaan jidduu namoonni 2 kan fayyaan tahuu ministeerri Fayyaa Itoophiyaa ibse.

T.me/gaaddisa_dhugaa