Dawaa Qalbii
9.17K subscribers
2.06K photos
37 videos
32 files
2.79K links
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓

@Rabbiiftai
Download Telegram
🤷🏼‍♀️🤷🏼‍♀️Battery bilbila keessani tursiisuuf wantoota isin gargaraan akka armaan gadiitti qabannee dhufnee jirra. Dubbisaa irraa fayyadamaa.

👉 Battery'n bilbiloota smart tahanii dafee dafee dhumuun dadhabina teeknoolojii tahaa dhufeera. Rakkoo kanaaf immoo furmaanni yeroo dheeraaf battery keenya nufayyadamsiisu argamuu hin dandeenye. Haa tahu garuu nuti battery bilbila keenyaa tursuuf maloota garaa garaa armaan gaditti tarreeffaman fayyadamuu dandeenya.

👌Wayita network bilbila keenyaa itti fayyadamuu hin barbaannetti AIRPLANE MODE irra bilbila keenya godhuun baayye filatamaadha. Sababiin isaas signal erguufi fudhachuuf bilbilli tokko battery hedduu fayyadama. Nuti immo kana xiqqeessuu dandeenya jechuudha.

👌 Bluetooth, WiFi ,GPS(location) warreen kun battery keenya baayyee fayyadamu. Kanaafuu jara kana hanga itti fayyadamaa hinjirretti cufuun (off) gochuun battery keenya qusachuu dandeenya. Dabalataanis Appota GPS banuu nu gaafatan ofirra cufuun filatamaadha.

👌Moosaajii ykn Application nuti kallattiin fayyadamnuu akkasumas kan background irratti run tahan battery hedduu nujalaa fixan ni jiru. Kana adda baafachuuf:
Settings > Battery> BatteryUsage

Achi keessa apponni akkaataa itti fayyadama battery isaaniitiin tarreeffamanii arganna. Warreen battery irra heddumminaan fayyadaman gara jalqabaa irra jiru. Kanaafuu appoonni sun kan nuti dhimma itti hin baane taanaan uninstall gochuun battery keenya qusachuu dandeenya.

👌 Power saving mode/battery saver/low power mode bilbila keenya setting keessa seenne on(enable) gochuun battery keenya qusachuu dandeenya.

👌Video garaa garaa daawwachuu hirrisuu
Akkasumas geemii graphics gurguddaa qaban bilbila irratti install goone taphachuun battery hedduu nujalaa fixa waan taheef kana ille osoo raawwachuu baanne filatamaadha.

👌 Internet yeroo dheeraaf fayyadamuu dhiisuu ykn itti fayyadama interneeta keenya hirrisuunis furmaata kan biraati.

👌Ifa Iskiriinii(screen brightness) hirisuun gaariidha. Iskiriinii keenya cufuu fi dafanii dafanii banuu dhiisuun furmaata gara biraati.

👌 Waamichii bilbila(ringtone) battery ni fixa. Yeroo bayyee sagaleen jara speaker jara irratti hunda'aa. Kanaafuu Earphone gurraa fayyaadamu fi sagalee jaraa hirrisuun illee gaariidha.

💁furmaata Sirrii
Warri mobaayila omishaan hundi sirritti kan itti walii galan jiraachuu baatus irra hedduun jaraa bilbilli yoo Battery saver/power saving mode irra tahee Gariidha jedhu. Sababni isaas Ifni bilbila kessanii ni hir'ata, beeksisni gara garaa isin hin jeequ (notification) akkasumaa GPS,Bluetooth,wifi kessaniis ifuun tajaajila hin keennanu jechudha.

👉 Garuu Bilbilli keessan yeroo Hammaa dadhabee yo jiraate akkasumas battery'n keessan ille foorjidii isin jalaa taanaan wanta armaan olii gochuun fayiida hin qabu waan taheef battery kessan jijjiiruutu isinirra jiraata.
Galatoomaa🙏🙏🙏

Hiriyan keessan kan rakkoo kanaan dararamaa jiru jiraachuu waan maluuf isaafis share godhaa
Beekkumsi furtuu waa hundaati.
Ibsaa dukkanaati.
Raahaa qalbiitii.
Beekkumsa Kee namni si jalaa Hatuu hin danda'u.
Beekkumsa qabaannan ofis fayyadda maatii fi hawaasa keetis Ni fayyadda
Kanaaf jabaadhu
Jiruun barnootan.
T.me/Sammaan
#Obsa
Akkuma Qaamaaf sammuu barbaachisu, Amantiidhaafillee Obsa barbaachisa. Sammuun yoo miidhamte qaamni hunduu ni miidhama.
Namni Obsa hin qabne Imaana hin qabu.
-Aliyyi (RA)

Rabbiin(SW) gabrichaaf wanta gaarii yoo kenne wanta tokko irraa fudhatee Obsa kennaaf. Wanti kennameef wanta irraa fudhatame kan baay'ee caaluudha.
-Umar Ibn Abdul Aziiz.

Obsaan ala dalagaa gaarii hunda mindaan isaanii beekameera.
-Suleeymaan Ibn Al-Qaasim.

Rabbiin (SW) akkana jedha:

﴿...إِنَّمَا يُوَفَّی الصَّٰبِرُونَ أَجرَهُم بِغَيرِ حِسَابٍ﴾

"Obsitoonni Mindaa isaanii kan argatan lakkoofsaan maletti." {69:10}

#Yaadachiisa
Follow || @Sano_Haji7
ANBIYAA FI MOGGAASA ISAANII:

▶️Abul-bashar:Aadam Aleyhissalaam.
▶️Abul-anbiyaa:Ibraahim Aleyhissalaam.
▶️Kaxiibul-Anbiyaa'a: Shu'eeybi.
▶️Kaatamul-anbiyaa'i wal-mursaliin: muhammad SAW.
▶️Sheykul-Mursaliin:Nuuh Aleyhissalaam.
▶️Zu-nnuun:Yuunus Aleyhissalaam.
▶️Kaliimullaah:Muusaa Aleyhimassalaam.
▶️Al-ssadiqul-Amiin: muhammad SAW.
▶️Abul-Arab: Ismaa'il Aleyhimassalaam.
▶️Saahibul-Huut:yuunus Aleyhissalaam.

©Baytal Hikma

|| @Baytal_Nur ||
OF‌I‌T‌T‌I‌_A‌M‌A‌N‌A‌M‌U‌M‌M‌A‌A‌
Repost

Ofitti amanamummaa:-jechuun waa'e keenyaa dandeytii gahaa, beekkumsaa fi amantaa qabnu irraa ka'uudhaan yeroo rakkoo fi dhiibbaa adda addaa keessa jirru murtii sirrii ta'e murteessudha.
Ammas beekomsa, kabajaa fi dandeyti ofii beekudha. Dandeytidhaafi beekkomsan qabuun rabbi irrati hirkadhee waan takko nin danda'a jatte yaadudha.

Namni ofitti amanamummaa qabu waan boru(fuula duraa) yeroo yaadu gaggaarin kan itti mullatu. Sababa irrati hundaa'udhaan maaltu dhufaa tilmaama keessa galchee rakkoo fi gufuu keessa dabree bakka yaade san gahuudhaf kan hojjetu (tattaaffii) godhuudha. Ofii isaatis sadarkaa sirrii ta'etti of jaalata.

Namni ofitti amanamummaa hin qabne ammoo wanti inni mokkaru (shaakalu) galma waan ga'u itti hin fakkaatu. Waan fuula duraa yeroo yaadu hamaa fi badaa qofa ta'ee itti mullata. Humna ofii baase itti fayyadamuu sodata. Gufuu fuula dura dhufuu taa'u sodaatudhan waan takka dalaguufi mokkaruu irraa if qusata. sababa kanaanis wan barbaade hedduu takka dhaba.

@Sammaan
Forwarded from BBC AFAAN OROMOO
Itoophiyaatti qajeelfamni haala soorataa(dietary guideline) yeroo ji’a tokkoof lama gidduutti akka uummataaf ifa taasifamu Inistitiyuutii Fayyaa Hawaasaatti, daariktarri Qorannoon Sirna Nyaataa Dr Maasrashaa Tasammaa BBCtti himaniiru.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3IxaFvW
Forwarded from BBC AFAAN OROMOO
Fayyadamtoonni miidiyaa hawaasaa Itoophiyaa keessaa lammiilee biyyattii manneen hidhaa Saa'udii Arabiyaa keessatti dararamaa jiraniif, sochii 'festaala gurraacha' jedhuun sagalee dhageessisaa jiru.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3ItvNDa
Forwarded from TIKVAH-ETHIOPIA
#የ12ኛ_ክፍል_ፈተና

ከመጪው ጥር 24 እስከ ጥር 27 የሁለተኛው ዙር የ12ኛ ክፍል ፈተና ይሰጣል።

የኮሮና ቫይረስ ወረርሽኝ እንዲሁም የሰሜን ኢትዮጵያው ጦርነት በትምህርት ስርዓቱ ላይ ያደረሰው ተፅእኖ ከፍተኛ መሆኑ ይታወቃል።

በተለይም ወረርሽኙ ወደሀገር ከገባ በኃላ እና በትግራይ ክልል ጦርነት ከተነሳ በኃላ የዓመቱ መርሀግብር በእጅጉ ተናግቷል።

ከጥቂት ወራት በፊት ብሄራዊ ፈተና የወሰዱ የ12ኛ ክፍል ተማሪዎች እስካሁን ውጤት ያልተነገራቸው ሲሆን በዚህም ያለትምህርት ወራትን ለማሳለፍ ተገደዋል።

እስካሁን የፈተናው ውጤት ይፋ የሚደረግበትም ቀን አልታወቀም።

በትግራይ ክልል ፈተና መቀመጥ የነበረባቸው ተማሪዎች በጦርነት ምክንያት ላለፉት ዓመታት በአግባቡ ለፈተና መቀመጥ አልቻሉም።

በአማራ፣ በኦሮሚያ እና በቤንሻንጉል ጉሙዝ ክልል የተለያዩ ዞኖችና ወረዳዎች በፀጥታ ምክንያት የ12ኛ ክፍል ፈተና መውሰድ ያልቻሉ ተማሪዎች ከመጪው ጥር 24 እስከ ጥር 27 ቀን 2014 ዓ.ም ለፈተና ይቀመጣሉ።

ይህ ፈተና ሁለተኛ ዙር ሲሆን 58 ሺ 936 ተማሪዎች ፈተናው ይወስዳሉ ተብሎ ነው የሚጠበቀው።

@tikvahethiopia
Namni kamiiyyuu kabajamu qaba.
Mirgi namummaa fi mirgi Dimokraasii eegamuufii qaba.
Forwarded from Seenaa Jimjimoo (Huzeeyfaa Mohammed)
Hayyoonni keenya deemanii Dr Alii gaafatanii jiru!💔💔🙏
👇👇👇
https://youtu.be/0Er_zaBHeeQ
Of hin tuffatin ;ofis hin tuulin.
Qooda Rabbiin Kee siif qoode Gammachuun simadhu waan siif hin taane akka inni sirraa qabu isuma kadhadhu.
Waan beektu immoo obboleewwan keetif qoodi.
Waan dubbisteef galatoomi.
Hiriyyoota keetif share godhi fayyaduu dandeettiin ergaan tun.
@Sammaan
FAAYDAA Ab-suuddaa
Absuudaan gurraachi Du'a malee wanti inni hin fayyisne hin jiru jedhani miire(S.A.W)
Faayda Absuuda irratti barumsiin siiniif qopheesse kunooti...dhandhamaa
1. Dhibee ija gogaa dhukubu nifura
1.Finniisa ballessuf
2. Utaalloof
3. Fooli badaa afaan keessaa nurraa ittisa.
4. Dhukkubbii maashaaf bayeessa.
5. Dhukkubbii dugdaatiif..
6. Dhukkubbii garaa walitti hacuucu.
7. Dhukkubbii ilkaaniif,
8. Infekshinii irgaaf ni tola..
9. Hooqxoo qaama Ykn cittoo
10. Ho'insa qaama dabaluuf.
11. Dhibee himna humna nama qabuuf. .
12. Dadhabina onnee qolachuuf nigargaara.
13. Bareedina gogaa keenyaaf ni tola...
14. Kintarrotii nifoyyeessa akawama isaa daaka daaraa isaa sana jiisa jirbiin keessa galcha..
15. Raammoo garaa keenyaaf damma waliin garaa duwwatti nyaachiftu.
16. Haphina rifeensaaf shayi waliin. .
17. Umrii malee harrii yaasuu ni qolata shayi waliin.
18. Dhibee mata-bowwuutiif dammaa waliin..
19. Dhibee kaansaariif.
20. Madaa deddeebi'a ni qoorsa damma waliin
21. Dhibee sukkaaraaf.
22. Dhibee garaa kaasaatiif.
23. Qakkeef.
24. Dhukkubbii garaa laaleessu
#QABBIYYEE Absuuda
Total Fat =15 g............23%
Saturated fat =0.5 g..... 2%
Cholesterol= 0 mg.........0%
Sodium 88 mg .............3%
Potassium =1,694 mg.....48%
Total Carbohydrate= 52 g........17%
Dietary fiber= 40 g.......160%
Protein =16 g.............32%
Vitamin C...... 35%
Calcium.....119%
Iron....102%
Vitamin B6......25
Magnesium.......96%

#Akkaataan soorata isaa nyaata waliin.
-Shayi waliin
-Damma waliin.
- Buna waliin.
- Bishaan waliin
Galatooma
©Dr.mahmud kedir
Boordiin Hojii Raawwachiiftuu Dhaabbata Fayyaa Addunyaa (WHO) lammiin Itoophiyaa Dr Teedros Adihaanom marsaa lammataaf dhaabbaticha akka hoogganan kaadhime.
Manni Maree Ministeerotaa Itoophiyaa wal gahii ariifachiisaa har'a taa'een labsiin yeroo muddamaa ji'a jahaa hojiirra jiru yeroo isaa dursee akka ka'uuf marii gaggeessuun murtee dabarse.

via BBC
Komishiniin Mirga Namoomaa Itoophiyaa (KMNI)n namoon labsii yeroo muddanaatiin wal qabatee to'ataman atattamaan akka hiikamaniif waamicha dhiyeesse.

via BBC
@Sammaan