Mootummaan Itoophiyaa hogganoota siyaasaa KFO, Baaldaraasiifi hoggantoota TPLF dhiifamaan hiikuu beeksisuu hordofee barreessaan olaanaa UN murtee kana akka simatan himan.
Biyyi yoo waldhageeffatan,yoo walkabajan,yoo Marii hunda hammachiisaa mari'atan guddachuu fi misoomuu dandeetti.
Yoo walhin dhageenne fi yoo yaada kiyya malee yaanni nama biraa nun baasu jedhan ulfaatadha.
Garuu yaadota garagaraa walitti fidanii yaada filatamaa fi yaada bua qabeessa ta'e fudhatanii irratti walii galanii hojjannaan bayeessa.

Forwarded from Al Rayyaan Media (Redwan Amin)
Dhimmaa ustaaz Xaalibuutiin walqabate jiruun
Guyaan Kibxataa nuttii dhihee guyyaa Roobii Sa'aa ganamaa baasuuf qophiin xumuramu majlisaa oromiyaarraa ragaan argannee ni muldhisa
Raawwiidhaan madaallaa garu
Sh Hajjii Ibraahiim Tufaa Hoogganaa majlisa oromiyaa
Hoogganaa Majlisa Adaamaa Shekh Mahmuud Huseenaa
Itti Aanaa Muftii oromiyaa Dr. Kamaal Galatuu, Hoogganaa gamtaa ulamaa oromiyaa Sheykh Xaahir Abdulqaadir
Jamaal Aliyyiitiifii Ghaalii Abbaa Boor sochii gootaniif guddaa isin galateeffannaa

#Dhukkuboota Hamarraa Rabbitti maganfachuu.
Anas ibnu maakil nabiin [s.a.w] akkana jedhaniiti Rabbi kadhatan jedhe “Allaahumma innii a'uuzu bika minal junuuni, waljuzaami, walbarasi,
wasayyi’il asqaam”
hiikkaan “yaa Rabbi maraattummaarraa, qomaaxummaarraa, soomiirraa (barasarraa), dhukkuba fofokkataa biroorraa sitti maganfadha”
Nasaa’ii 5493 fi abuudaawud 1454 odeesse. lafziin kan nasaaiyyiiti, albaaniin sahiiha godhe.
Barnoota hadiisa kanarra argannu.
1.dhukkuboota kanarraa nabiin [s.a.w] nimaganfate waan isiin hamtuu
taateef jecha.
2.fayyaan qananii Rabbii waan taateef Rabbiif galata galchuufii ufirratti jabaatanii eeguu barbaachisa.
3.sababaalee ittiin fayyaan namaa eeggamu kan Rabbiin namaa
godhe hunda eeggachuun gaariidha.
Waan rakkoo dhukkubaa namatti fidurraalle fagaachuun akkasumatti barbaachisaadha.

Forwarded from Nuuralhudaa (Mohamedamin Hussen)
Rakkoo kanarratti obsee milkaa'u na wayya moo dallanee rakkoo biraa ofitti dabaluu wayyaa?
Jireenya keessatti gubbaa irraa gara gadiitti yommuu gadi buunu Obsa hangami akka qabnu ni qoramna, dhugaan keessa keenyaa ifatti baha, rakkoolee namoota biroo sirritti hubanna, gara Rabbiitti dhiyaanna.
Rabbiin obsa, iimaanaa, jabeenya fi wanta dhokataa biroo keessa keenya jiru ifatti baasuuf rakkooleedhaan nu qora. Qur'aana keessatti:
"Hanga isin keessaa qabsaa'otaa fi obsitoota ifatti baasnutti fi oduu keessanis mul'ifnutti isin ni qorra (mokkorra)." Suuratu Muhammad 31
وَلَنَبْلُوَنَّكُمْ حَتَّىٰ نَعْلَمَ الْمُجَاهِدِينَ مِنكُمْ وَالصَّابِرِينَ وَنَبْلُوَ أَخْبَارَكُمْ (31)
(سورة محمد )
Nama meeqatu yeroo fitnaan isatti buutu obsee Islaamummaa irratti gadi dhaabbataa? Yeroo kanatti qalbiin Muslimaa gaddaa fi dhiphinnaan liqimfamu osoo hin ta'in haala kanaan yaadu dandeessi: "Rakkoo kanarratti obsee milkaa'u na wayya moo dallanee rakkoo biraa ofitti dabalu wayyaa? Yeroon rakkoo kana keessaa itti bahu fagoo miti."
Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaa

Gaazexeessituu OMN kan turte #Leeyilaa_Jibiril magaalaa Finfinnee kutaa bulchiinsa Boolee Bulbulaa keessatti hidhamtee jiraachuun ibsame.
#Free all political prisoners and journalists
@Sammaan

Alhamdulillaah Alhamdulillaah Alhamdulillaah Alhamdulillaah
Galata Rabbii fayyaa fi nagaya nuuf kenneeti.
👍👍👍👍👍👍👍👍
👇👇👇👇👇👇👇👇
@Sammaan
Galata Rabbii fayyaa fi nagaya nuuf kenneeti.
👍👍👍👍👍👍👍👍
👇👇👇👇👇👇👇👇
@Sammaan
Kun maalif tahe ?
ABCD... Maal tahe?
Odaan hoo maal tahe?
Alaaban Abbaa gadaa hoo??
Afaan Ingiliffaa hoo??
Anaaf gaaffii guddaadha sababni jijjiirameef naaf hin galle osoo ibsamee dansaadha.
Kana caalatti sirreessuu osoo barbaachiseeyyu Kaarikulami barnootaa irratti qormaanni kutaa 10ffa osoo jiraatee ?
Barattoota fireeshota gara yunivarsitii seenaniif yeroon osoo laallamee madaalameefi sirraayee dansaadha.

Ija gadi qabadhaa!
Rabbiin ol-tahe Qur'aana isaa keeysatti akkana jedha:
قُل لِّلْمُؤْمِنِينَ يَغُضُّوا مِنْ أَبْصَارِهِمْ وَيَحْفَظُوا فُرُوجَهُمْ ذَلِكَ أَزْكَى لَهُمْ إِنَّ اللَّهَ خَبِيرٌ بِمَا يَصْنَعُونَ
"Ija isaanii akka gadi qabatanii fi qaama saalaa isaanii akka eegan mu'imintootatti (warroota amananitti) himi. Santu isaaniif irra qulqulluudha. Dhugumatti Rabbiin keeysa beekaa waan isaan dalaganiiti." [Suuraa An-Nuur 24:30
Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaa
Rabbiin ol-tahe Qur'aana isaa keeysatti akkana jedha:
قُل لِّلْمُؤْمِنِينَ يَغُضُّوا مِنْ أَبْصَارِهِمْ وَيَحْفَظُوا فُرُوجَهُمْ ذَلِكَ أَزْكَى لَهُمْ إِنَّ اللَّهَ خَبِيرٌ بِمَا يَصْنَعُونَ
"Ija isaanii akka gadi qabatanii fi qaama saalaa isaanii akka eegan mu'imintootatti (warroota amananitti) himi. Santu isaaniif irra qulqulluudha. Dhugumatti Rabbiin keeysa beekaa waan isaan dalaganiiti." [Suuraa An-Nuur 24:30
Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaa
Forwarded from Nuuralhudaa (Mohamedamin Hussen)
Barattoonni Halqaa ilmii Sheikh Ahmad Tijaan, Ustaaz Abdurrahmaan Huseen ziyaaran
Barattooni Halqaa Ilmii Sheikh Ahmad Tijaan Sheikh Siraaj Koloobaa, guyyaa kaleessaa mana jireenyaa Ustaaz Abdurrahmaan Huseen (Xaalibu Ridallaah) dhaquun, Qur'aanaa fi kitaabota adda addaa bifa kennaatiin gumaachaniifi jiru.
Kaayyoon ziyaaraa barattootaa Ustaaz Abdurrahmaan Huseen hidharraa bayuu isaaniitiif gammachuu ibsachuu yoo tahu, kidmaa diinii irratti fuulduraafis ustaaza wajji kan dhaabbatan tahuus ibsanii jiru.

🤷♂🤷♂Vaayirasiin bilbilaa maalidha? miidhaa akkamii nu irraan gaha? Akkasumas akkamittin of irraa ittisna??
-------kutaa 1ffaa----
👌Vaayisii jechuun koodii kompiitaraa ykn kan progiraamaa yemmuu ta’u, yeroo hedduu kan uumamu namoota ogummaa kompiitaraa(programming) gad fageenyan qabaniin hojjatama. Vaayirasiin gosoota hedduutu jira. isaan keessaa:
👉 Spyware virus,
👉Malware virus,
👉Ransonware virus,
👉Adware virus,
👉Trojan virus fi kkf..jedhamuun waamamu.
Hundi isaanii akkuma maqaa isaanii hojiin isaanitiis adda adda.
👌Hojiin Vaayirasii Maali? Miidhaa akkamii nu irraan gahuu dandaha?
👉Bilbila keenya balleessuu (Damage) gochuu.
👉 Faayiloota barbaachisoo ta’an nu jalaa balleessufi dhoksuu. Fkn: Music. Photo, Video, Application fi Document adda addaa akka nuti deebisne argachuu hin dandeenyetti dhabamsiisuu.
👉 Bilbila keenya Password ykn Pattern nuti hin beeknen cufuu. kana jechuun Jecha Darbii kan keenya malee kan nuti hin beeknen hidhama. yeroo hedduu namoonni gocha kana raawwatan Jecha Darbii hidhameen sana isiniif kennuuf
kafaltii hin barbaachifne nama gaafatu.
👉Hojii Operating System (OS) bilbila keenyaa wal keessa laaquu. kana jechuun bilbilli keenya hojii isaa sirnaan akka hin hojjanne gufuu itti thanks jechuudha, yeroo kanatti bilbilli keenya osoo nuti hin ajajin ofumaa of ajajuu eegala.
Fkn, Aappii tokko banee cufuu, Flight Mode irra gochuu, Swich off gochuu, deebisee ofumaaf banuu fi amaloota akkanaa hedduu agarsiisa.
👉‘Software File’ Delete gochuu.Software File haqamnaan bilbila keenya sirreessun baay’ee ulfaatadha.
Kanneen asii olitti tarreeffaman hundi Eeyyama Abbaa bilbila sana malee raawwatama.
Ittii fufaa.....
channel keenya join fi share gochuu hin dagatina.
@burkatech

Jechoota mimmiidhagoo
👌Namni waan siin jedhu hin dhabu ofiinuu waa jedha waan taheef
👉 Ifa fuuldura kee jiru ilaalii, dukkana har'aa obsi
🤜 Namni ati abdattee haala koo naaf jijjiira jettu Bulee amala isaa sitti jijjiira
👉🏻 Namni sababaan sitti dhiyaate,Sababaan si dhiisee
akka deemu hin dagatin.
👌Namoota osoo sirraa humaa hin barbaadin tola siif oolaniif, Gatii guddaa kenni.
👉🏼 Muka beekan qoricha hin se'an.
☝️ Jijiiramuun jijiiruu dursa,Garuu lamaanuu gatii akka nama kafalchiisu beekuu qabda.