Forwarded from BBC AFAAN OROMOO
Doktoroonniifi ogeessonni fayyaa naannoo Tigraay kan waraanaan akka malee miidhamte keessa jiran daa'imman dabalatee dhukkubsattoonni du'aa jiraachuu dubbatan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FXjyOn

BBC News Afaan Oromoo
Waraana Kaaba Itoophiyaa: Hospitaala Tigraay keessatti dhukkubsattoonni du'aa jiru - Doktoroota
Doktoroonniifi ogeessonni fayyaa naannoo Tigraay kan waraanaan akka malee miidhamte keessa jiran daa'imman dabalatee dhukkubsattoonni du'aa jiraachuu dubbatan.
Forwarded from Fataawaa NuuralHudaa (𝐰𝐚𝐚𝐧 𝐬𝐢 𝐝𝐡𝐢𝐛𝐞𝐞𝐟 𝐝𝐞𝐞𝐛𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞?)
63: Dubartiin iqaamachuu dandeeysii?
Gaafii: Hoggaan salaatuuf deemu iqaammachuu danda’aa? Akkuma san yoo salaanni na dabre eega aduun baatee salaatuu danda’aa?
Deebisaa: Intalti dhalaa takka wanni irra jiru, uduuattee qiblatti garagaltee salaatuu qofa. Azaanaafi iqaamaan dhiiraaf godhame. Kanaafuu wuduua kee godhadhuu qiblatti gara galii Allaahu Akbar je’iituma salaati. Salaanni fajrii yoo si dabre ammoo aduun baatullee hogguma yaadatte dafii salaati.
✅Dr. Liwaa’ulislaam🎵

👌Application dabalataa malee Telegram qofa fayyadamuun akkamittiin haala salphaadhan Telegrama keenyaa lock gochuun (cufuun) security keenya dabaluu dadeenya?
👉mataduree kana haala kanaa gadiitti waliin ilaallaa. Steeppiiwwan armaan gadii hordofaa
👇👇👇👇👇👇👇👇
Step 1: App telegram banuun sarara sadii harka bitaa irra jiru cuqaasuu
Step 2: Filannoowwan tarreeffamanii jiran keessaa Setting keessa seenuu
Step 3: Security and privacy Kan jedhu filachuun cuqaasuu
Step 4: Security jalatti passcode lock (cuftuu lakkoofsa darbii)kan jedhu cuqaasna.
Step 5: Passcode lock kan jedhu ON wayita goonu akka nuti passcode galchinu nu gaafata(dijiitii 4).
Itti aansuun Re-enter jechuun yeroo lammaffaaf akka galchinu nugaafata nutis irra deebin galchu qabna.
Step 6: Gara gaditti auto-lock kan jedhu daqiiqaa ykn sa'aatii hamma nutti tole filanna. Kana jechuun osoo telegram fayyadamaa jirruu tasa dhimma biraatiif banaatti dhiisnee yoo bilbila keenya biraa deemne yeroo inni itti ofiin of cufu(lock of godhuu)dha.
Step 7: dhuma irratti gara boodaatti deebi'uun irra keessoo telegram(mataa telegram keenyaa) bira unlock kan ture gara lock tti jijjiruun xumurra. Amma telegram irra baanee yoo itti deebine passcode keenya nu gaafata.
Hub: passcode keenya dagachuu hinqabnu yoo dagannee garuu app telegram uninstall gochuudhaan irra deebinee install gochuu qabna.
@Sammaan

👉Mariin maraa(hundumaa)furuu danda'an.
👉Bal'isanii yaadun yaada nama hedduu akka keessummeessu dandeettu si Taasisuu danda'a.
👉Haqarra jirta taanan kophummaa Kee hin sodaatin.
👉Murtii kennuuf hin jarjarin irra deddebi'ii itti yaadi.
👉Namaaf waan gaarii /toltuu yaadi
T.me/Sammaan

Telegram
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai

Dalagaan Kheeyrii niyyaa qulqulluu fi ikhlaasaan malee hin toltu!
Rabbiin (SW) hojii hunda akka isaaf qulqulleessinu (ikhlaasa)tti ajaja. Rabbiin Subhaanahu Wa ta’aalaa akkana jedha:
وَمَآ أُمِرُوٓاْ إِلَّا لِيَعۡبُدُواْ ٱللَّهَ مُخۡلِصِينَ لَهُ ٱلدِّينَ حُنَفَآءَ وَيُقِيمُواْ ٱلصَّلَوٰةَ وَيُؤۡتُواْ ٱلزَّكَوٰةَۚ وَذَٰلِكَ دِينُ ٱلۡقَيِّمَةِ٥
“Gara haqaatti qajeelun, amanti Isaaf qulqulleessuun Rabbiin qofa gabbaruu, salaata sirreessanii salaatu fi zakaa kennuu malee homaa hin ajajamne. Kuni amanti qajeeladha.”
(Suuratu Al-Bayyinah 98:5)
أَلَا لِلَّهِ ٱلدِّينُ ٱلۡخَالِصُۚ
“Dhagayaa! Amantiin qulqulluun Rabbi qofaafi. (Suuratu al-Zumar 39:3)
Abdallah Bin Mas'uud (R.A) akkana jedhe "Namni dalagaa isaa Rabbiif qulqulleesse akka nama daaraa (biyyee tuulaa) keeysa deemeeti; tarkaanfiin isaa hin dhagahamu garuu faanti isaa ni mul'ata " jedha
Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaa

Ability is the power or skill to do something physically or intellectually and is developed through exercise.
@Sammaan
@Sammaan
Forwarded from Odaa Tarbii
Oduu Ammee
Namoonni Galmee Jawaar Mahaammad jalatti himatamanii mana hidhaa Qaallittii jiran marti akka gadi lakkifamaniif murtaa’uu miidiyaaleen mootummaa gabaasan.
Bu’uuruma kanaan Gaazexeessaa OMN Mallasaa Dirribsaa, Qondaala Siyaasaa Paartii KFO Dajanee Xaafaa, Eegdota Jawaar Mahaammad, Shamsuddiin Xahaa, Arafaat Abubakar fi namooti biroon himanni isaanii adda cituun hiikamuun mirkanaa’eera.
Haata’u malee Jawaar Mahaammad fi Baqqalaa Garbaa dabalatee namoonni 5 hanga oduun kun nuqaqqabetti hidhaatii hin bahin jiraachuu mirkaneeffanne jirra
Namoota Galmee Jawaar Mahaammad jalatti himatamaniin alattis, Obbo Sibaat Naggaa dabalatee Qondaalonni TPLF hidhaa jirani akka bahaniif murtaa’uu, EBC dabalatee miidiyaaleen afaan mootummaa gabaasaniiru.
Qondaalota ABO manneen hidhaa garaa garaatti hidhamanii jiran dabalatee, hidhamtoonni Siyaasaa Oromoo kumaatamaan lakkaa’aman ammallee hidhaa jiraachuun ni beekama.

#AMMEE
Jawaar fi Beqqala, Hamzaa hundi isaani yeroo amma kana bahani jiru. Baga gammaddan uummanni oromoo hundi keessanu.
Alhamdulillaah alhamdulillaah alhamdulillaah
Yaa Allah simatu duras tiikse ammas nuuf tiisi.
Dhugaa Sobaan dhokfamaa turte qabatamaan arguu kiyya caalaa wanti na gammachiisu hin jiru.
Alhamdulillaah alhamdulillaah
Hundi keessanuu Baga gammaddan.
Yoomiyyuu dhugaan injifataadha.

Forwarded from Yayaa Bashir
Dhaamsa!
Yeroo ammaa kana guutuu Oromiyattti bifa jechuun dandahamuun sabni keenya hidharraa bahuu Hayyoota keenyatti gammachuu itti dhagahame Ibsachaa Jira.
Gammachuu ibsachuun Akkuma jirutti tahee, Naamusaa fi Tasgabbii ol'aanaan Sochoo'un dirqama.
Biyya kana keessatti saba nagayaa fi jaalalaa Tahuu keenya yeroon itti agarsiifnu amma. Kanaafuu Qeerroo fi Ummatni bal'aaan Tasgabbiin Sochoo'aa Jenna.

Mootummaan Itoophiyaa hogganoota siyaasaa KFO, Baaldaraasiifi hoggantoota TPLF dhiifamaan hiikuu beeksisuu hordofee barreessaan olaanaa UN murtee kana akka simatan himan.
Biyyi yoo waldhageeffatan,yoo walkabajan,yoo Marii hunda hammachiisaa mari'atan guddachuu fi misoomuu dandeetti.
Yoo walhin dhageenne fi yoo yaada kiyya malee yaanni nama biraa nun baasu jedhan ulfaatadha.
Garuu yaadota garagaraa walitti fidanii yaada filatamaa fi yaada bua qabeessa ta'e fudhatanii irratti walii galanii hojjannaan bayeessa.