Forwarded from ️JBMAR (Bilal Muktar)
As wr wb
Oduu qormaata kutaa 12ffaa 2013:-
Barattoonni marsaa duraa sababa nageenyatiin qormaata hin qoramin marsaa 2ffaa Amajjii 24-27/ 2014 akka qoraman ejensiin qormaata biyyaalessaa beeksise.

Yaa Rabbi ati Nagaya nuuf Kenni Waan nuuf hin taane nurraa qabi waan nuuf tahu nuuf kenni.
Miidhamaa hunda ati miidhama nuuf Baasii
Rakkataa hunda Rakkoo isaa nuu furiif
dhukkubsataa hunda ati nuu fayyisi
Yaa Rabbi waan ofii Jaalattu nuuf kenni.
Gala keennas nu tolchi
Yaa Khaaliqal Ardi wassamaawaati
🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲
🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
T.me/Sammaan

Telegram
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai

Mariin hunda hirmaachisaa tahe fi haqa qabeessi qaama dhimmi ilaallatu hunda of keessatti hammate jiraachuun furmaata guddaadha
Qaama kamiifuu kan hin loogne tahuu qaba.
T.me/Sammaan
Qaama kamiifuu kan hin loogne tahuu qaba.
T.me/Sammaan
Telegram
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Maatiin Jawaar Mohaammad Ganama Kana Hidhamanii Jiru
Har'a ganama sa'aa 12:30 yeroo tahu Poolisiin Magaalaa Finfinnee mana maatii Jawaar Siraaj Mohaammad magaalaa naannoo Boolee Bulbulaatti argamutti humnaan seenuun obboleewwan Jawaarifi namoota biroo ukkaamsanii fuudhanii deemanii jiru.
Haaluma kanaan obboleewwan Jawaar,
1. Raabiyaa Siraaj Mohaammad
2. Mishaa Siraaj Mohaammad
Hakiima dhuunfaa Jawaar Mohaammad'faa kan taate,
3. Dr. Ilillii Jamaal
Miseensa maatii,
4. Dargaggoo Habiib
Akkasumas shofeera Obbo Baqqalaa Garbaa,
5. Abraahamifi namoota biroo lama humnaan ukkaamsanii fuudhanii deemun Buufata Poolisii Bulbulaatti hidhanii jiru.
Armaan dura mana haadha Jawaar Mohaammad sakatta'uudhaan dararaa kan turan yoo, har'a ammoo maatii Jawaar kana hidhuuf sababni kenname akka hin jirre beekamee jira.
Jawaar Mohaammad hanga ammaatti nyaata obboleewwan isaa galchaniif qofa fayyadamaa kan ture yoo ta'u, sababa har'a obboleewwan isaa hidhamaniin nyaata ilaalchisee rakkoo biraatiif saaxiluu akka malu beekamaadha. Haala jiru hordofnee kan isin biraan geenyu ta'a.

Barattoonni kutaa 9-12 qormaata fudhataa jirtan jabaadhaa walquba qabaadhaa
Dubbisa keessan cimsaa Rabbiin kadhataa.
Yerootti faytadamaa
Qormaata milkii isiniif haa tahu
T.me/Arsirobej

️JBMAR⭐️
Jama'aa Barattoota Muslimaa Arsii Roobee.
Kaayyoo kee hin dagatin
Dhaloota barnoota Amantii fi Akkadaamiin cime arguuf...
Unity is power
We can solve our problem by unity and discussion
We can do only for Allaah

Maatiin Obbo Jawaariifi kaan poolisiin ganama to'atee ture wabiin gadhiifamuu abokaatoon isaanii himan.
Maddi:- bbc afaan oromoo
Maddi:- bbc afaan oromoo
"Nu awwaaluuf yaalan. Garuu sanyii tahuu keenya nun barre" jette Dr #Ilili_Jemal
Nu awwaalaniihuu, deebinee ni biqilla jechuu isiiti. Jechi gabaabaan kuni haasawa live seenanii sa'aatii 2f lallabanirra ni caala.
Baga Rabbiin nagayaan isin Baasee.

Forwarded from Quwwatulislaam_promotion
🕌Assalaamu Alaykum warhmatullaahi Wabarakaatuh🤝
📚Kabajamtootaaf jaalatamtoota Hawaasa Muslimaa Barnoonni Seenaa Barachuun Baay'ee Barbaachisaadha.
📓Kanaaf Warroonni seenaa Nabiyyootaa barachuu barbaaddan link/promotion Armaan gadii kana keessaa kan isinitti tole tuquudhaan chaanaala @quwwatulislaam Ammuma Join godhadhaatii irraa fayyadamaa!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Forwarded from Jama'aa Dargaggoota Musliima Dheeraa
#Odeeyfannoo
✅ Biyya keenya Itiyooophiyaa keessatti Aalimoota jiran keessaa isa tokko kan ta'an #Dr_sheikh_Muhammad_Haamiddiin muslimota addunyaa irraa jiraniif barsiisa islaamaa barsiisuf tv bananiin tamsaasa yaalii irra kan ture #Da'waa #tv'n amma qophii isaa xumuree sagantaa dhaabbataa Wiiyxata 02/05/2014 irraa ni eegala.
#Nilesat ~Frequency:-12521
~Symbol rate:-27500
~Polarization:-Vertical
#ደዕዋ ቲቪ
ጉዞ ስንቅን ይዞ
🌺#Share🌺
|| @Baytal_Nur ||

Forwarded from BBC AFAAN OROMOO
Hidhattoota naannoo Beenishaangul Gumuz keessa socho'an dursaa kan ture mana hidhaa magaalaa Asoosaa yeroo dheeraaf erga turee booda miliquu Biiroon Nageenyaa naannichaa BBCtti himeera.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3JKKSll

BBC News Afaan Oromoo
Hogganaan duraanii finciltoota Beenishaangul Gumuz mana hidhaatii miliqe
Hidhattoota naannoo Beenishaangul Gumuz keessa socho'an dursaa kan ture mana hidhaa magaalaa Asoosaa yeroo dheeraaf erga turee booda miliquu Biiroon Nageenyaa naannichaa BBCtti himeera.
Forwarded from BBC AFAAN OROMOO
Doktoroonniifi ogeessonni fayyaa naannoo Tigraay kan waraanaan akka malee miidhamte keessa jiran daa'imman dabalatee dhukkubsattoonni du'aa jiraachuu dubbatan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FXjyOn
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FXjyOn
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Kaaba Itoophiyaa: Hospitaala Tigraay keessatti dhukkubsattoonni du'aa jiru - Doktoroota
Doktoroonniifi ogeessonni fayyaa naannoo Tigraay kan waraanaan akka malee miidhamte keessa jiran daa'imman dabalatee dhukkubsattoonni du'aa jiraachuu dubbatan.
Forwarded from Fataawaa NuuralHudaa (𝐰𝐚𝐚𝐧 𝐬𝐢 𝐝𝐡𝐢𝐛𝐞𝐞𝐟 𝐝𝐞𝐞𝐛𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞?)
63: Dubartiin iqaamachuu dandeeysii?
Gaafii: Hoggaan salaatuuf deemu iqaammachuu danda’aa? Akkuma san yoo salaanni na dabre eega aduun baatee salaatuu danda’aa?
Deebisaa: Intalti dhalaa takka wanni irra jiru, uduuattee qiblatti garagaltee salaatuu qofa. Azaanaafi iqaamaan dhiiraaf godhame. Kanaafuu wuduua kee godhadhuu qiblatti gara galii Allaahu Akbar je’iituma salaati. Salaanni fajrii yoo si dabre ammoo aduun baatullee hogguma yaadatte dafii salaati.
✅Dr. Liwaa’ulislaam🎵

👌Application dabalataa malee Telegram qofa fayyadamuun akkamittiin haala salphaadhan Telegrama keenyaa lock gochuun (cufuun) security keenya dabaluu dadeenya?
👉mataduree kana haala kanaa gadiitti waliin ilaallaa. Steeppiiwwan armaan gadii hordofaa
👇👇👇👇👇👇👇👇
Step 1: App telegram banuun sarara sadii harka bitaa irra jiru cuqaasuu
Step 2: Filannoowwan tarreeffamanii jiran keessaa Setting keessa seenuu
Step 3: Security and privacy Kan jedhu filachuun cuqaasuu
Step 4: Security jalatti passcode lock (cuftuu lakkoofsa darbii)kan jedhu cuqaasna.
Step 5: Passcode lock kan jedhu ON wayita goonu akka nuti passcode galchinu nu gaafata(dijiitii 4).
Itti aansuun Re-enter jechuun yeroo lammaffaaf akka galchinu nugaafata nutis irra deebin galchu qabna.
Step 6: Gara gaditti auto-lock kan jedhu daqiiqaa ykn sa'aatii hamma nutti tole filanna. Kana jechuun osoo telegram fayyadamaa jirruu tasa dhimma biraatiif banaatti dhiisnee yoo bilbila keenya biraa deemne yeroo inni itti ofiin of cufu(lock of godhuu)dha.
Step 7: dhuma irratti gara boodaatti deebi'uun irra keessoo telegram(mataa telegram keenyaa) bira unlock kan ture gara lock tti jijjiruun xumurra. Amma telegram irra baanee yoo itti deebine passcode keenya nu gaafata.
Hub: passcode keenya dagachuu hinqabnu yoo dagannee garuu app telegram uninstall gochuudhaan irra deebinee install gochuu qabna.

👉Mariin maraa(hundumaa)furuu danda'an.
👉Bal'isanii yaadun yaada nama hedduu akka keessummeessu dandeettu si Taasisuu danda'a.
👉Haqarra jirta taanan kophummaa Kee hin sodaatin.
👉Murtii kennuuf hin jarjarin irra deddebi'ii itti yaadi.
👉Namaaf waan gaarii /toltuu yaadi
T.me/Sammaan
👉Bal'isanii yaadun yaada nama hedduu akka keessummeessu dandeettu si Taasisuu danda'a.
👉Haqarra jirta taanan kophummaa Kee hin sodaatin.
👉Murtii kennuuf hin jarjarin irra deddebi'ii itti yaadi.
👉Namaaf waan gaarii /toltuu yaadi
T.me/Sammaan
Telegram
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Dalagaan Kheeyrii niyyaa qulqulluu fi ikhlaasaan malee hin toltu!
Rabbiin (SW) hojii hunda akka isaaf qulqulleessinu (ikhlaasa)tti ajaja. Rabbiin Subhaanahu Wa ta’aalaa akkana jedha:
وَمَآ أُمِرُوٓاْ إِلَّا لِيَعۡبُدُواْ ٱللَّهَ مُخۡلِصِينَ لَهُ ٱلدِّينَ حُنَفَآءَ وَيُقِيمُواْ ٱلصَّلَوٰةَ وَيُؤۡتُواْ ٱلزَّكَوٰةَۚ وَذَٰلِكَ دِينُ ٱلۡقَيِّمَةِ٥
“Gara haqaatti qajeelun, amanti Isaaf qulqulleessuun Rabbiin qofa gabbaruu, salaata sirreessanii salaatu fi zakaa kennuu malee homaa hin ajajamne. Kuni amanti qajeeladha.”
(Suuratu Al-Bayyinah 98:5)
أَلَا لِلَّهِ ٱلدِّينُ ٱلۡخَالِصُۚ
“Dhagayaa! Amantiin qulqulluun Rabbi qofaafi. (Suuratu al-Zumar 39:3)
Abdallah Bin Mas'uud (R.A) akkana jedhe "Namni dalagaa isaa Rabbiif qulqulleesse akka nama daaraa (biyyee tuulaa) keeysa deemeeti; tarkaanfiin isaa hin dhagahamu garuu faanti isaa ni mul'ata " jedha
Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaa

Ability is the power or skill to do something physically or intellectually and is developed through exercise.
@Sammaan
@Sammaan