Dawaa Qalbii
9.16K subscribers
2.06K photos
37 videos
32 files
2.79K links
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓

@Rabbiiftai
Download Telegram
Inshaa Allah dhugaan Ni qal'atti malee hin cittu
Hayyoota qaalii isin jaalanna!
#Hadiisa

🪡Rasuulli keenya(SAW) akkana jedhan;
« لما عُرجَ بي مَررتُ بقومٍ لهُم أظفارٌ مِن نُحاسٍ يَخمشون وجوهَهُم وصُدورَهُم !
#Yeroo gara samii torbanii ol naan korame san, ummata qeensa sibiilaa qabu, kan qeensa sniin fuula isaatii fi qoma isaa boccoru/ciru argeen!
فَقُلتُ : مَن هؤلاءِ يا جِبريل ؟
➾Yaa jibriil, jarri kun eennuu? Jedhee gaafadhe jedhan.

#Jibriilis akkana naan jedhe;
{{Jarri sun bar warra foon ilma namaa nyaataa oolan, warra gurra namaa xureessaa oolan}}
قال : هؤلاءِ الذينَ يأكلونَ لُحومَ الناسِ، ويقَعونَ في أعراضِهم ».

**⁻⁻⁻⁻⁻********
Maddi sunanu #Abii_Daawud
📙 سُنن أبي داود•
👉👉https://t.me/Sammaan
Nama afur ka Rabbi biratti jibbamaa.
1.Nama kakuun meeshaa ufii gurguratuu.
2.Hiyyeessa Boonu.
3.Jaarsa zinaa hojjatuu.
4.Mootii Jallataa.
Forwarded from Quwwatulislaam_promotion
🕌Assalaamu Alaykum warhmatullaahi Wabarakaatuh🤝
📚Kabajamtootaaf jaalatamtoota Hawaasa Muslimaa Barnoonni Seenaa Barachuun Baay'ee Barbaachisaadha.
📓Kanaaf Warroonni seenaa Nabiyyootaa barachuu barbaaddan link/promotion Armaan gadii kana keessaa kan isinitti tole tuquudhaan chaanaala @quwwatulislaam Ammuma Join godhadhaatii irraa fayyadamaa!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Forwarded from AL-RISALA HUMANITY CENTER (ⓐNãsìr)
Amiirri garee sumeeyyootaa fii bilaalootaa, akkasumas daareekatarri Nuuralhudaa Ustaz #Xaaliburidallah hidhamee jira. Waan dabaati

Sababaan hidhameef hanga ammaa maatii fii ummataaf mootummaan hin ibsamne. Shakkiin jiru qaamni dhimma dhunfaa isaatiif midiyaa Nuuralhudaa tohachuuf socha’aa jiru oduu dharaa qaama mootummaaf kennuun hisiisuu hin oolle ja’amaa jira.

Ammaaf gama mootummaati wanni beekkame hin jiru. Maatii fii muslimoonni Aadamaa keeysa jirtan jabaa keeysan eeggadhaa. Majlisni Oromiyaatis namoota midiyaa Islaamaa gurguddaa hogganan, ustaazoota hoggaa hidhaman hordofuun akka miidhaan irra hin geenye socha’uu qaba. Socha’aa jiras jennee abdanna.

Yeroo gabaabaa keeysatti dhimmi isaa ifa ni baha jennee abdanna.

Ustaaz Xaalibuun amantii Isaatiif hojjatuu malee siyaasaatid hirmaatuum hin beekkamu. Mootummaan hatattamaan gad lakkisuu qaba.
@Alrisala1
Jiruu kankee keessatti namoota goonkumaa ati uf biraa dhabuu hin qabne(people you should never lose in your life);

👤~Nama yeroo aarii keetii si danda'e.
👤~Bakka ati isa bira hin jirretti nama sirraa falmate
( a person Who defended you while you were absent ).
من دافع عنك وانت غائب.
👤~Nama yeroo ati yaada keessa seente si gammachiise
( a person who makes you happy while you are concerned).
من أسعدك وأنت مهموم.
👤~Nama iddoo ati injifatamtetti siif tumse(a person who is your support while you are defeated).
من ناصرك وأنت مغلوب.
👤~Nama amantaa guutuu sirra godhate( a person who puts his full confidence in you).
إنسان وضع فيك كامل ثقته.
👤~Nama yeroo kamuu beellama kee siif guute.
إنسان وفي لك بالوعد.
👤~Nama sujuuda keessatti si yaadate.
انسان يذكرك في سجوده.
👤~Nama yeroo ati haala hamaa keessa jirtu si moggaa dhaabate.
T.me/Sammaan
Waa Sadi Beekaa Nama Gooti

1⃣. Beekatti dhihaachuun
2⃣. Seenaa qorachuun
3⃣. Dubbisanii hubachuun

Waa Sadi Hin Jiru

1⃣. Akka barumsaa gammachiisaan
2⃣. Akka gabrummaa jibbisiisaan
3⃣. Akka du'aa gaddisiisaan

Waa Sadi Ittiin Hin Boonin

1⃣. Qabeenya qabdu ittiin hin boonin boru
dhabuu dandeetta
2⃣. Beekumsa qabduun hin boonin boru
irraa duutaa
3⃣. Fayyaa qabduun hin boonin fayyaa
dhabuu dandeetta

Waa Sadi Hin Wollaalin

1⃣. Eessa akka deemtu
2⃣. Maaliif akka deemtu
3⃣. Maaliin akka deemtu
T.me/Sammaan
Forwarded from ️JBMAR (Bilal Muktar)
As wr wb
Oduu qormaata kutaa 12ffaa 2013:-
Barattoonni marsaa duraa sababa nageenyatiin qormaata hin qoramin marsaa 2ffaa Amajjii 24-27/ 2014 akka qoraman ejensiin qormaata biyyaalessaa beeksise.
Yaa Rabbi ati Nagaya nuuf Kenni Waan nuuf hin taane nurraa qabi waan nuuf tahu nuuf kenni.
Miidhamaa hunda ati miidhama nuuf Baasii
Rakkataa hunda Rakkoo isaa nuu furiif
dhukkubsataa hunda ati nuu fayyisi
Yaa Rabbi waan ofii Jaalattu nuuf kenni.
Gala keennas nu tolchi
Yaa Khaaliqal Ardi wassamaawaati
🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲
🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
T.me/Sammaan
#MAASHAA ALLAAH
Ustaaz Abdurahmaan Huseen (Xaalibu-ridallaah ) mana hidhaa irraa hiikaman jechuu dhageenna.

Rabbi dhugaa haa godhu
Aduwwii Islaamaa nurraa haa qabu.
@Sammaan
Maatiin Jawaar Mohaammad Ganama Kana Hidhamanii Jiru

Har'a ganama sa'aa 12:30 yeroo tahu Poolisiin Magaalaa Finfinnee mana maatii Jawaar Siraaj Mohaammad magaalaa naannoo Boolee Bulbulaatti argamutti humnaan seenuun obboleewwan Jawaarifi namoota biroo ukkaamsanii fuudhanii deemanii jiru.

Haaluma kanaan obboleewwan Jawaar,

1. Raabiyaa Siraaj Mohaammad

2. Mishaa Siraaj Mohaammad

Hakiima dhuunfaa Jawaar Mohaammad'faa kan taate,

3. Dr. Ilillii Jamaal

Miseensa maatii,

4. Dargaggoo Habiib

Akkasumas shofeera Obbo Baqqalaa Garbaa,

5. Abraahamifi namoota biroo lama humnaan ukkaamsanii fuudhanii deemun Buufata Poolisii Bulbulaatti hidhanii jiru.

Armaan dura mana haadha Jawaar Mohaammad sakatta'uudhaan dararaa kan turan yoo, har'a ammoo maatii Jawaar kana hidhuuf sababni kenname akka hin jirre beekamee jira.

Jawaar Mohaammad hanga ammaatti nyaata obboleewwan isaa galchaniif qofa fayyadamaa kan ture yoo ta'u, sababa har'a obboleewwan isaa hidhamaniin nyaata ilaalchisee rakkoo biraatiif saaxiluu akka malu beekamaadha. Haala jiru hordofnee kan isin biraan geenyu ta'a.
Barattoonni kutaa 9-12 qormaata fudhataa jirtan jabaadhaa walquba qabaadhaa
Dubbisa keessan cimsaa Rabbiin kadhataa.
Yerootti faytadamaa
Qormaata milkii isiniif haa tahu
T.me/Arsirobej