RABBIIN ISINIIF HAA TAASISUU !!!
•••••••••••••••••••••••••••••••••••
• Boqonnaa Keessan Salaata Isiniif Haa Taasisu
• Dubbii Teessan Qur’aanaa Isiniif Haa Taasisu
• Deeminsa Keessan Gara Masjida Isiniif Haa Taasisu
• Yaanni Keessa Hunda iimaana Rabbiin Isiniif Haa Taasisu
• Jaalallee Keessan Rasuula S.A.W Isiniif Haa Taasisu
• Qabeenya Keessan Isiniif barakeeffamaa Haa Taasisu
• Uffata Keessan Shari’aa Isiniif Haa Taasisu
• Fakkeenya Keessan Sahaabaa Isiniif Haa Taasisu
• Hawwwii Teessan Hunda Jannata Isiniif Haa Taasisu
• Jecha Keessan Kan Dhumaa Shahaadaa Isiniif Haa Taasisu
• Yaadaa fii Muraada Keessan Hunda Rabbi Isiniif Haa Guutu
• Gufuu fii Gufaata Hunda Jalaa Najaa Isin Haa Baasu
Barreeffama Kana Dubbisaatii Share Waliif Godhaa.
@Sammaan

Forwarded from Nuuralhudaa (Abbaas)
Rabbiin (SW) haadhaa fi abbaa keessaniif tola itti Oolaa jedhe
Nama tokkotti gama rasuula rabbii (ﷺ) dhufee “yaa ergamaa rabbii haadhaa fi abbaan kiyya dullummaa irraa kan ka’e waan gaafa ani ijoollee fincaanii fi xurii biroo kan isaan na irraa qulqulleesssuu turan hardha immoo dabareedhaan ani kan isaanii qulqulleessaa jira kanaafuu rahmataa fi tola gaafa ijoollummaa kiyyaa isaan naaf Oolan san deebisuu danddayaa ?” jedhee gaafate.
Rasuulli rabbii (ﷺ) “isaan kan finccaan sirraa dhiqan yaa rabbi naaf guddis jechaati ati immoo yaa rabbi gahee rahmata godhiif takkaa ajjeesi jechaati akkamiin walitti dhuftu osoo waan feete gootee tola isaan siif Oolan kaffaluu hin danddeessuu” jedhaniin.
“ Yaa Rabbi haadhaa fi abbaa keenyaa rahmata godhi “
Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaa

Forwarded from ️JBMAR (Bilal Muktar)
Ejensiin Qormaata Biyyaalessaa qormaanni kutaa 12ffaa muddee 17 fi 22 /2014 gadi dhiifama oduun jedhu soba ta'uu hime.
Kanaaf nutis jala buunee hordofaa jirra waan ta'eef yeroo oduun dhugaa baatetti kan isin biraan geennu ta'a. JBMAR
@arsirobej

Telegram
️JBMAR⭐️
Jama'aa Barattoota Muslimaa Arsii Roobee.
Kaayyoo kee hin dagatin
Dhaloota barnoota Amantii fi Akkadaamiin cime arguuf...
Unity is power
We can solve our problem by unity and discussion
We can do only for Allaah

Salaata Subhii Jama'aan Salaatuuf Maaltu Nama Gargaara
Osoo Dubbiftee...
Dura wanti ja'u:''
Namni waan tokko Rabbiif jecha dhiise...Rabbiin waan san caalu bakka buusaaf ...
Yoo ati..Hirriba mi'aawaaf firaasha lallaafaa san irraa kaatee...Dukkana san keessa gara masjidaa deemte...Wallaahi gaafa dukkanni amba dhamaaftu sin dhamaaftu...‼
Waa si gaafadhuu...
'' Sila salaatni subhii dandeettii namaatii ol kuttee dadhabanii..."
Afaan guutuu dhaan" Lakki ‼". Ja'a...
Rabbiin keenya waan nuti hin dandeenye nurran keenyee bar ‼
(( ﻻ ﻳﻜﻠﻒ ﺍﻟﻠﻪ ﻧﻔﺴﺎ ﺇﻻ ﻭﺳﻌﻬﺎ ) ...
Rabbiin lubbuu takka dandeettii isiitii ol hin dirqu...‼
Rabbiin salaata shanan (5) nurratti dirqama godhe ...Shanan keeysaa salaatni ((Subhii) isii takka...!!
Obboleessoo ! Rabbii ja'ii...Osoo ani: Koottu gara salaata subhii guyyaa irraa mallaqa kuma shan (5000) siif kennaa je'ee..
.". Hin dhuftuu..
Deebiin beekkamaa dha gaa'' Eeti ni dhufta.
..Subhii dura sa'aatii lamatti dhufuun ooltu...‼
Maaliif beektaa..:" Yoo guyyaa irraa mallaqa (5000) siif kenne amata tokkotti...Mallaqa miliyoona tokkoo ol ni argatta...‼ jechuu dha ...
Garuu yaa lafee kiyya ; osoo amata tokkoo san booda duutee...Qabrii tee gadi buutee...Gaafa san mallaqa (5000) san qabrii tee si duuka buusuu wayya moo...Salaata subhii (jama'aan) salaatte (360) qabrii tee keessa kaa'uu wayya..
Kamtu qabritti si fayyada...Salaata subhiiti moo...Mallaqa sani...
Garuu mee (Subhii) san salaatuuf maaltu nama gargaara...
Dura wanti godhuu qabdu...
1. Rabbii kee san irratti ekattee isaan gargaarsifatuu qabda...Namni gargaarsa Rahmaaniin malee waan keeyrii takka hojjatuun abadan hin danda'u...
2. Iklaasa qabaatuu...Yoo Rabbiif hin hojjatin...yoo Rabbiif hin ta'in...Mi'aan ibaadaa tokko sittin dhagahamu...
3. Murannoo dhugaa taate qabaatuu dha !!
Salaata subhii ni salaata jettee osoo murattee sabbata jabeeffattee ..Wallaahi ni salaatta...!!
Kan har'a deemee bor hafu..San murannootu isa bira hin jirre...!!
4. Waan Rabbiin gabroota isaa warreen salaata subhii jama'aan salaateef qoopheesse qoratuu dha...
5. Waan warri salaata subhiin hin salaanne kasaaruuf hoongayu hubatuu dha..!!
6. Badiifii dilii hojjatuu irraa baqatuu...
Wanti salaata subhii namatti ulfeessu...badii guyyaa irra oolani...Hirrib
aaf dadhabbii sittin fakkaatin...Dilitu biyyee si nyaachise...‼
7. Hiriyyaa bareedatti saahiboomuu...
Fakkiif: hiriyyaa salaata subhii salaatuuf lakkoofsa bilbilaa kee kenniif...sitti haa bilbiluu...ykn message sitti haa erguu...ykn dhufee si haa kaasuu...‼
8. Akka Rasuula keenyaatti ﺻﻠﻰ ﺍﻟﻠﻪ ﻋﻠﻴﻪ ﻭﺳﻠﻢ rafuu dha...
Suni...
√√. Yeroo dhaan dafanii rafuu...
√√. Hirriba dura Wadda'atuu ...
√√. Osoon rafin dura...Zikriiwwan hirribaa gungumuu....
√√. Wayta ciiftu dirra mirgaa irratti deebitee rafuu...dha...
9. Nyaataaf dhugaatii xiqqeeffatuu...
Maaliif..;"
Namni hedduu yoo nyaate..
Hedduu dhuguu fedha...
Kan hedduu nyaatee dhuge...
Hedduu rafuu fedha...
Kan hedduu rafuu guddatu keeyrii hedduu dhaba ‼
Kanaafuu irbaata kee xiqqeessitee sooratuu qabda ! Yoo Rabbi ja'e ganamaa itti deebitaa...!!
Sababa tokkoo lamaan gargaarsifachuu..
Waan akka Alarmii ykn sa'aatii sagalee qabdu of bira bulchuuti...‼
Gabaabinaan kana fakkaata..
Osoo akkanatti dhageessu...Yoo salaatuu dadhabde yaa ajaa'iba kee ‼
Hedduun namaa subhii kana laaffiseetiin jiraa...Osoo barreeffama kana...sanduuqa mobaayila teetii qofa keessatti hambisuu baattee...
Share
T.me/Sammaan

Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Forwarded from ️JBMAR (Bilal Muktar)
Ejensiin Qormaata Biyyaalessaa qormaanni kutaa 12ffaa muddee 17 fi 22 /2014 gadi dhiifama oduun jedhu soba ta'uu hime.
Kanaaf nutis jala buunee hordofaa jirra waan ta'eef yeroo oduun dhugaa baatetti kan isin biraan geennu ta'a. JBMAR
@arsirobej
@arsirobej
Kanaaf nutis jala buunee hordofaa jirra waan ta'eef yeroo oduun dhugaa baatetti kan isin biraan geennu ta'a. JBMAR
@arsirobej
@arsirobej
Telegram
️JBMAR⭐️
Jama'aa Barattoota Muslimaa Arsii Roobee.
Kaayyoo kee hin dagatin
Dhaloota barnoota Amantii fi Akkadaamiin cime arguuf...
Unity is power
We can solve our problem by unity and discussion
We can do only for Allaah
Kaayyoo kee hin dagatin
Dhaloota barnoota Amantii fi Akkadaamiin cime arguuf...
Unity is power
We can solve our problem by unity and discussion
We can do only for Allaah
Forwarded from BBC AFAAN OROMOO
Qorannoon BBC Adoolessa darbe waraanni Mayaanmaar namoota 40 ajjeesuu ragaan saaxile, namoonni gariin dararamanii ajjeefaman.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3e8p6cI

BBC News Afaan Oromoo
Ajjeechaa jumlaa Mayaanmaaritti raawwate qorannoon BBC saaxile
Qorannoon BBC Adoolessa darbe waraanni Mayaanmaar namoota 40 ajjeesuu ragaan saaxile, namoonni gariin dararamanii ajjeefaman.
Forwarded from Nuuralhudaa (Abbaas)
Rasuulli rabbii (ﷺ) Irra caalaan zikriidha “Laailaaha illallaah” yoo ta’u irra caalaan du’aayii immoo “Alhamdu lillaah” jechuudha jedhan.
“ yaa rabbi nuu laaffisi “
“ Tirmiizittu gabaase “
Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaa
“ yaa rabbi nuu laaffisi “
“ Tirmiizittu gabaase “
Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaa
Forwarded from AL-RISALA HUMANITY CENTER (ⓐNãsìr)
Guyyaa 11f kolfuuf seeqachu dhoorke,
Addunyaa kanarra ajaa'iba hedduutu jira. Mootiin Kooriyaa Kaabaa yaadannoo du'a abbaa isaatiif suuraa kanaan mul'ate. Biyyichi guutuun guyyaa 11'f kolfuufi seeqachuu irraa dhowwame. Rabbi danuu qaba.
شوفوا ملامح زعيم كوريا الشمالية في مراسم إحياء ذكرى وفاة والده، وبلاده محظورة من الضحك لمدة 11 يوماً
احترامًا وحزنا على فراق والده.

Hundaafu Rabbiin qooda qoodee jira kanaafuu Rabbii Kee kadhadhu isuma abdadhu
Ajaja isaa Jala butami
T.me/Sammaan
Ajaja isaa Jala butami
T.me/Sammaan
Telegram
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
"When you make the most of your self ;you make the most of your life"
T.me/Sammaan
T.me/Sammaan
Telegram
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
#Hadiisa
🪡Rasuulli keenya(SAW) akkana jedhan;
« لما عُرجَ بي مَررتُ بقومٍ لهُم أظفارٌ مِن نُحاسٍ يَخمشون وجوهَهُم وصُدورَهُم !
#Yeroo gara samii torbanii ol naan korame san, ummata qeensa sibiilaa qabu, kan qeensa sniin fuula isaatii fi qoma isaa boccoru/ciru argeen!
فَقُلتُ : مَن هؤلاءِ يا جِبريل ؟
➾Yaa jibriil, jarri kun eennuu? Jedhee gaafadhe jedhan.
➾#Jibriilis akkana naan jedhe;
{{Jarri sun bar warra foon ilma namaa nyaataa oolan, warra gurra namaa xureessaa oolan}}
قال : هؤلاءِ الذينَ يأكلونَ لُحومَ الناسِ، ويقَعونَ في أعراضِهم ».
**⁻⁻⁻⁻⁻********
Maddi sunanu #Abii_Daawud
📙 سُنن أبي داود•
👉👉https://t.me/Sammaan

Nama afur ka Rabbi biratti jibbamaa.
1.Nama kakuun meeshaa ufii gurguratuu.
2.Hiyyeessa Boonu.
3.Jaarsa zinaa hojjatuu.
4.Mootii Jallataa.
1.Nama kakuun meeshaa ufii gurguratuu.
2.Hiyyeessa Boonu.
3.Jaarsa zinaa hojjatuu.
4.Mootii Jallataa.
Forwarded from Quwwatulislaam_promotion
🕌Assalaamu Alaykum warhmatullaahi Wabarakaatuh🤝
📚Kabajamtootaaf jaalatamtoota Hawaasa Muslimaa Barnoonni Seenaa Barachuun Baay'ee Barbaachisaadha.
📓Kanaaf Warroonni seenaa Nabiyyootaa barachuu barbaaddan link/promotion Armaan gadii kana keessaa kan isinitti tole tuquudhaan chaanaala @quwwatulislaam Ammuma Join godhadhaatii irraa fayyadamaa!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
📚Kabajamtootaaf jaalatamtoota Hawaasa Muslimaa Barnoonni Seenaa Barachuun Baay'ee Barbaachisaadha.
📓Kanaaf Warroonni seenaa Nabiyyootaa barachuu barbaaddan link/promotion Armaan gadii kana keessaa kan isinitti tole tuquudhaan chaanaala @quwwatulislaam Ammuma Join godhadhaatii irraa fayyadamaa!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Forwarded from AL-RISALA HUMANITY CENTER (ⓐNãsìr)
Amiirri garee sumeeyyootaa fii bilaalootaa, akkasumas daareekatarri Nuuralhudaa Ustaz #Xaaliburidallah hidhamee jira. Waan dabaati
Sababaan hidhameef hanga ammaa maatii fii ummataaf mootummaan hin ibsamne. Shakkiin jiru qaamni dhimma dhunfaa isaatiif midiyaa Nuuralhudaa tohachuuf socha’aa jiru oduu dharaa qaama mootummaaf kennuun hisiisuu hin oolle ja’amaa jira.
Ammaaf gama mootummaati wanni beekkame hin jiru. Maatii fii muslimoonni Aadamaa keeysa jirtan jabaa keeysan eeggadhaa. Majlisni Oromiyaatis namoota midiyaa Islaamaa gurguddaa hogganan, ustaazoota hoggaa hidhaman hordofuun akka miidhaan irra hin geenye socha’uu qaba. Socha’aa jiras jennee abdanna.
Yeroo gabaabaa keeysatti dhimmi isaa ifa ni baha jennee abdanna.
Ustaaz Xaalibuun amantii Isaatiif hojjatuu malee siyaasaatid hirmaatuum hin beekkamu. Mootummaan hatattamaan gad lakkisuu qaba.
@Alrisala1

Jiruu kankee keessatti namoota goonkumaa ati uf biraa dhabuu hin qabne(people you should never lose in your life);
👤~Nama yeroo aarii keetii si danda'e.
👤~Bakka ati isa bira hin jirretti nama sirraa falmate
( a person Who defended you while you were absent ).
من دافع عنك وانت غائب.
👤~Nama yeroo ati yaada keessa seente si gammachiise
( a person who makes you happy while you are concerned).
من أسعدك وأنت مهموم.
👤~Nama iddoo ati injifatamtetti siif tumse(a person who is your support while you are defeated).
من ناصرك وأنت مغلوب.
👤~Nama amantaa guutuu sirra godhate( a person who puts his full confidence in you).
إنسان وضع فيك كامل ثقته.
👤~Nama yeroo kamuu beellama kee siif guute.
إنسان وفي لك بالوعد.
👤~Nama sujuuda keessatti si yaadate.
انسان يذكرك في سجوده.
👤~Nama yeroo ati haala hamaa keessa jirtu si moggaa dhaabate.