Kabajama obboleessa koo atis obboleettii tiyya guyyaa juma'aa kana salawaata Nabii keenya jaalatamaa fi kabajamaa Nabi muhammad (S.A.W) Irratti heddummeeysi.
☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu.
https://t.me/Sammaan

Telegram
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai

Breaking News #COVID-19
Muummichi Ministeera Biritaaniyaa Boris Joonsan Dhibee Koroonaa Vaayirasiin qabamuun mirkanaawe.
Maddi :-Nuuralhudaa
Subhaanallaah Rabbiin maal dadhaba ☝️☝️☝️
️JBMAR⭐️ Dawaa Qalbii

Forwarded from Marcador Bot
〰🍀〰🍀〰🍀〰🍀〰
➖➖➖➖➖➖➖➖➖
"Ummatni hin yaadne
Hooggantoota Abbaa
irreetiif qabeenya
gaariidha"(San'atu As-saqaf)
➖➖➖➖➖➖➖➖➖
〰🍀〰🍀〰🍀〰🍀〰
@ISLAMISLIFE1
〰〰〰🌷〰〰〰
Jechoota beektotaa
karaa gabaabaan
Argachuuf
Join tuqaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👇👇👇👇 👇👇👇👇
👇👇👇👇
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
➖➖➖➖➖➖➖➖➖
"Ummatni hin yaadne
Hooggantoota Abbaa
irreetiif qabeenya
gaariidha"(San'atu As-saqaf)
➖➖➖➖➖➖➖➖➖
〰🍀〰🍀〰🍀〰🍀〰
@ISLAMISLIFE1
〰〰〰🌷〰〰〰
Jechoota beektotaa
karaa gabaabaan
Argachuuf
Join tuqaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👇👇👇👇 👇👇👇👇
👇👇👇👇
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
Forwarded from Deleted Account
====================
Assalau Aleykum🖐
Yaa Ummata muslimaa☪
Waan beeknuun wal gargaaruun
Nurratti dirqama,💫
Isinis Join qofa gochuun
Irraa Fayyadamaa,💐
Chaanaala beeksifachuuf
👉 @diin_islam_bicha
Kanuma qunnamaa,
====================
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Assalau Aleykum🖐
Yaa Ummata muslimaa☪
Waan beeknuun wal gargaaruun
Nurratti dirqama,💫
Isinis Join qofa gochuun
Irraa Fayyadamaa,💐
Chaanaala beeksifachuuf
👉 @diin_islam_bicha
Kanuma qunnamaa,
====================
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
🌹AZIIZAA 🌹
Seenaa Jireenyaa Ajaa'ibaa
♤♤♤♤♤♡♤♡♡♡♡♤♤
✍by Abdulaziz Ahmeddiin
#Kutaa_12ffaa!!
Hanqinootni gurguddoon jama'aan silaa jajjaboodha jedhaman qaban kanneen kana!!, Geggeessitoonni jama'aa hedduun isaanii wanni isaan masjidatti dubbataniifii erga masjidaa bahan hojjetan dachii fi samiidha. Kan masjidatti zinaan haraami jedhee gorsu yeroo gad bahee waan dubbate balleessutu jira. Kan masjidatti haraaraan(araadni) haraami jedhee gorsu gad bahee sigaaraa, jimaa,....waan hedduu warra barandaa wajjiin qooddata. Warri madrakii(waltajjii) gubbatti waa'ee uffannaa ijoollee gorsan garuu ofiifuu guyyaa waltajjii sanayyuu ergifatanii ykn tan guyyaa jumu'aa fi jama'aa qofa uffatan godhatanii dhufu. Maarree Shari'aa ofiifuu itti hin bulitti nama waamuun qoosaadha malee da'awaa jedhamu hin danda'u.
Namni waan ofiif hin hojjennetti nama waamu otuu quraana ija banatee ilaalee baayyee baayyee nama sodaachisa. Namni ati da'awaa gootuuf jalqaba haalaa fi akhlaaqa kee ilaala malee kallattiin ergaa kee hin fudhatu. Islaamummaa fi Shari'aa rakiseessuu taha. Hanqinni biroo immoo ijoolleen hedduun ofiif ilmii barbaaduu(qara'uu) caalaa isuma baratan sana kan biraa biraan gahuuf ariifatu(jerjerfatu). Kunis gaarii ta'ee osoo jiruu garuu da'awaa fi ilmiin kee, akkasumas akkaataan kee guyyaa guyyaan fooyya'insa agarsiisuun dirqima. Kan biraa ammas sheekkota(da'awaaf affeeraman) filachuudha. Kun karaa tokkoon aqiidaan walqabsiisanii nama sunnaa affeeruun gaarii fi barbaachisaa tahus yeroo tokko tokko nama akka jarri jedhan qofatti da'awaa godhu yaamu, kan daangaa Shari'aa caalaa daangaa ofiif isaan kaayaniif sana kabaju.
Kana yeroon jedhu Wallaahi ijoolleen Rabbiin ganamaan qajeelchee karaa sirrii qabatanii qulqullummaan jama'aa tajaajilan jiru. Garuu isaanis Rakkoon isaanii hawaasa gara masjiidaa dhufu gorsuu fi tajaajiluu malee hiriyyoota isaanii warra wajjiin oolan miseensota jama'aa kanneen hin ilaalan natti fakkaata. Ijoolleen jama'aa keessaa ilmii fi akhlaaqa qaban yeroo hedduu of dhoksu, faallaa sanaa immoo kan waanuma xiqqoo qabuun jama'aa tajaajilutu heddummaata. Hanqinootni nuti argine kan jama'aa irratti fooyya'insi akka hin dhufne godhe kanneeniifi kan biraas hedduutu ture.
Jara keenya Afwan!! Anuu seenaa irraa gara da'awaatti isin geesseemitii!!!!!!!!!!!
Garuu yaadni nuti bifa kanaan dhiyeessine fudhatama argate. Amiirronni jama'aas baayyee nu galateeffatan. Otoo ijoolleen mana barumsaatti hin deebi'initti waan hojjetamuu qabu hojii waliif kennanii sosochii jalqaban. Ani fi Sa'aadaan ganna guutuu waanuma kana fakkaatuun dabarsine. Baatiin lamaan boqonnaa dhumtee jennaan firiin qormaata ministirii nuuf dhufe, maashaa Allaah kan hunda keenyaatuu baayyee babbareedaadha. Abdiin qabxii lamaan na caale. Sa'aadaan haala nama ajaa'ibsiisuun qabxii fooyyessite. Caaltuunis erga amalli isii bareedee haalaan fooyyofte. Jamaalis kutaa 7ffaa keessaa qabxii bareedaadhaan kutaa 8tti darbe. Jamaal yeroo tokko tokko haa wal arginuu jedhee na waama. Garuu dafee yaada koo nagaafata. Isaan wal arguu jaaladhus garuu hamma Rabbiin nuuf heyyamee karaa halaaliin wal arginutti jedheen yaada isaa bifa gorsaatiin amansiisuu yaala. Yeroo tokko tokko anuma qoruuf nagaafata. Yeroo tokko tokko immoo nabsiyyaadhuma isaatu isa ajaja. Garuu dafnee karaa Rabbii irratti waliif galla. Anis yeroo tokko tokko akkasuma. Yeroon galmee geenyaan barnoota galmoofnee barachuu eegalle.
Biologically qaamaan yeroon qormaata uumamaa nutti jaabaattus nutis da'awaa fi qaraatii diiniitiin of bukchuutti jabaanna. Keesssumaa haalli hundi keenya itti wal too'annuu fi wal hordofnu aaa'iba!! Hamma kutaa 10ffaa maatrikii fudhannutti walumaan itti fufne. Akka carraa ta'ee sa'aadaan nama gaarii tokkoon nu jalaa booji'amtee heerumte. Anaafi Caaltuun Abdii wajjiin qophaa'inatti darbinee jirra.
Jamaalis kutaa 10ffaa barachaa jirra.
Otuu guyyaa tokko daangaa Rabbii walitti hin darbin itti fufnee jirra.
.....#Goolabni_itti_fufa
Yaadaaf @AbdiiBiyyaa
@Kennaapost @Kennaapost
T.me/Kennaapost

KENNAA
KENNAA Dhaloota Qubeetiif!!
Chaanaalii kana irraa👇
👉DA'AWAA
👉ODEEYFANNOO
👉WALALOO
👉ASOOSAMA
👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!!
✍yaadaaf👇
@AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!
Chaanaalii Youtube 👉 https://youtube.com/@kennaatube3465?si=5ATT3Pd

Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
Hiriyaa kee Rabbiif jecha si jaallaturraa
@Gaaddisa_dhugaa irraa
👉Ergaa Kana Dubbisii hiriyaa keetiif share godhi
👇👎
🌷Ishaa allah rabbi Siif Ha Laaffisu
Nama Jaallattu hundaaf Erguu hin Dagatiin
💕Kunii kennaa guddaa anii sif qabuudhaa
🌷Assalamualeykum🌷Worahmatullahi Wobarakatuhuu
👉Nama Ati Dhiifama Gooteef Keessaa Kan Jalaqabaa Tahuun Barbaada Ykn Kan Tokkoffaa tahuun barbaadaa Obboleessa kiyya /Obboleettii Tiyya
👉Osoo Ramadanii hin Seenin dhiifama siin Jechuun barbaada
👋Dhifamaa yoo Ani Guyyaa tokkollee qalbii kee naasiisee 😞 Ykn Rifachisee 😧
👋Dhifamaa Yooniifi Sababaa Kiyya aarte😌 ykn Booches😭
👋Dhiifamaa jecha Kijibaa Kanin Sirra Kaahe Yoo jiraates😥
👋Dhiifama Yoonin Maqaa Kee Xureesses 😭
👋Dhifamaa yoonin Namaan Wali sii lolchiises😭
👋Dhiifama yoo wantan gadhiisu/post
godhu keessa dogongorri jiraates
👋dhiifama Yoon Si duuba Si hamadhes /komadhes😫
👋Dhiifama Yoon Cubbuu sirra Kaahes😩👋dhifaama Yoon Gocha badaa Sirratti Lahadhes😩
👋Dhiifama Walumaa Galatti Osoon Beekuu Ykn Osoon Hin Beekin yoon Si Miidhes👈
👉Dhiifamaa Wantii ani si Gaafadhuuf Waanin Si Jaaladhuufi💕
👉kanaafuu Of Qulqulleessinee Ramadaana Yoo Soomanne Somanni Keenyas yoo rabbi jedhe Nurraa Ol Fuudhama Jechuudha🤝
👉Anis Wanti Ati na Goote Hundaa Yoo Jiraate Obboleessa Kiyya ykn Obboleettii Tiyya Dhiifama 💯% Dhiifama Siif Godheetiin Jiraa 🤝
👍Ishaa Allah Atiis Akka Dhiifama Naf Gootee Abdiin Qaba Obboleessa Kiyya Atis Obboleettii tiyya🤝🤝
👉 Kanaaf Ramadaanni🌙
Nu Hundaafuu Carraa Keenya Guddaadha Kanaaf Carraan Kuni akka nun Dabarreef Itti haa Fayyadamnu 🙏
🌷Kanaaf Ergaa Kiyya Kana Namni
Sitti Mufate 😌Yoo jiraate
Ykn Nama 💕Jaalattu Cufaaf Ergi👈
👉Yoon Anis Nama Ati Jaalattuu Tahe Deebisii Anumaaf Ergi*
👇👇Join👇👇
t.me/gaaddisa_dhugaa
👉Galatoomaa 👈

Forwarded from Kena
💎💎💎💎💎💎💎💎💎💎💎💎💎💎TV (televiziyoona) kamiin hordofuu barbaaddu??👇👇👇👇👇
💦💦💦💦💦💦💦💦💦💦💦💦💦
💦💦💦💦💦💦💦💦💦💦💦💦💦
Forwarded from Deleted Account
As wr wb Hadha #Gaaffii_fi_Deebii Sa'atii #3:00_5:00 waan qabnuuf irratti hirmaadhaa,
Irratti himaachuuf linki Gadii tuqaa Join godhaa,
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Irratti himaachuuf linki Gadii tuqaa Join godhaa,
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Ibnul Qayyim akkana je'e
Teeysoon ummata gaarii(saalihtootaa)waan jaha irraa gara waan jatti sijijjiira
1-shakkii irraa gama yaqiinaa
2-na'arkaa irraa gama ikhlaasaa
3-ghaflaa irraa gama zikrii
4-dunyaa kajeeluu irraa gama aakhiraa kajeeluu
5-boona irra gama if gad qabuu
6-niyyaa hamtuu irraa gama niyyaa tolchuu

🎤🎤ABDI PROMOTION🏆🏆:
🌹 Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Ibnuabbaas qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
🌹 Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Ibnuabbaas qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Forwarded from Deleted Account
====================
Assalau Aleykum🖐
Yaa Ummata muslimaa☪
Waan beeknuun wal gargaaruun
Nurratti dirqama,💫
Isinis Join qofa gochuun
Irraa Fayyadamaa,💐
Chaanaala beeksifachuuf
👉 @diin_islam_bicha
Kanuma qunnamaa,
====================
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Assalau Aleykum🖐
Yaa Ummata muslimaa☪
Waan beeknuun wal gargaaruun
Nurratti dirqama,💫
Isinis Join qofa gochuun
Irraa Fayyadamaa,💐
Chaanaala beeksifachuuf
👉 @diin_islam_bicha
Kanuma qunnamaa,
====================
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
📊 ☆Gaaffiif deebii Guyyaa hadhaa,
________________
🔎[] Nabi s.a.w Suuraa kam qaraanaani kan muslimnii fi mushrikkonnis osoo of hin beekin iddo sajadaatti sujuuda bu'an.
➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
#A| suuraa alaqaa
#B| suuraa najmii
#C| suuraa hijrii
#D| suura muddasir
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
Deebii sirrii ta'e filadhaa tuqaa
👇👇👇👇
A (24%)
├ Misra Taawakaltuualallaah
├ Yªsin Seifu
├ Abdulaziz Sado
├ Bonaa Ilma Bonaa Ilma
├ Jibril 🙏🙏
├ Wz Xh
├ Taiba Nuur-al-haadi
├ Fatea
├ 𝔅𝔞𝔯𝔟𝔞𝔞𝔡𝔞𝔞 ℌ𝔞𝔮𝔞𝔞
├ Gosaye2 Go Ittaanna
├ Naazi German Naazi
├ Jadiir Suutee
├ Sharafu Xurune Sharafu X
└ Sumayya kamal
B (42%)
├ Fiidaa
├ yaa Rabbi
├ Baredin Sh/Ahamd Asrar
├ Kan darbe hin ilaliin kan hafetu calaa kan nama hin ilaliin kan
├ Ibnul Islam Umar
├ Rad
├ Sammaan Seman
├ Deefo Deefo Maada Jaalala
├ Anta Ilaahi Wa'ana abduka
├ Bakkaalcha Bariisaa
├ Rahmatalla Abdalla
├ Obsinan
├ Abdulaziz Ahmed
├ The red
├ hajira
├ Boriif
├ AZUU
├ kader husen
├ Hasan Musaa
├ Hamzaa Mahammad
├ Timiree Amaan
├ ءبن ناصر
├ BOSS BOSS
├ °•°• °Fŭâd typing....
└ Weya tina
C (22%)
├ Sayfal-islaam Idris
├ Koroona Galatoomi
├ Aisha Abduljewad Aisha Abdul jewad
├ mume
├ Mohammed Saalii
├ Hasbunallaah Allaah wakiil
├ Hafu
├ Maashaa Alaahu Ta'aalaa
├ Abubakar Aliyyi
├ Adam Furaa
├ Adem kasem
├ Ïžö
└ Hayat Jamal
D (12%)
├ Sultan Erenss
├ Fahmi Sabit
├ JOHAR MOHAMMED
├ Anawaar Ähamd
├ Double M ✌💕 M.M.K
├ fozan Ahmed
└ Lubbu lubbuu jimma
59 👥

Yeroo hunda Gaaffiif deebiitti hirmaachuuf, tuqaa👉👉 🇯 🇴 🇮 🇳
Forwarded from ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸 (👑Lij Iyyasuu👑 Negn⭐)
Namticha kana keessatti Ni'imaa Rabbii wahii Ni Argituu?
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
🔷🔶🔷🔶🔷🔶🔷🔶🔷🔶🔷
Ikrimaa irraa odeeffamee (R,A) Ni jedhe:
📌 Umar Ibnul khaxxaab Nama mokkorame wahii, Qurcaa'aa , Jaamaa, Duudaa , ta'e tokkotti dhufee, Namoota Isaa wajjin jiranuun Akkana jedhe;-
📌 Sila Namicha kana keessatti
Ni'imaa Rabbi wahii ni argituu?? jedhe,.
〽️Hin Arginuu jehaniin,
〽️Umaris lakki ni'imaan Rabbi isarra jira jedhe innis;
📌"kan inni fincaa'u ol hin hidhamne Argaa hin jirtanuu Kun Ni'imaa Rabbiiti jedhe"
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
✍ #Abdussalaam_Idriis
▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️
🔷🔶🔷🔶🔷🔶🔷🔶🔷🔶🔷
NI'IMAAN RAABI NURRATTI OOLE BAAYYEEDHA ISA HAA GALATEEFFANNU
🔷🔶🔷🔶🔷🔶🔷🔶🔷🔶🔷
▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️
Yeroo Mara gorsa Argachuuf
Join godhaa itti dabalamaa,
⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️👇⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️
https://t.me/joinchat/AAAAAFE5LN1wa2wQVxn-fg

͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸
Foormulaa Jireenyaa
Forwarded from Deleted Account
====================
Assalau Aleykum🖐
Yaa Ummata muslimaa☪
Waan beeknuun wal gargaaruun
Nurratti dirqama,💫
Isinis Join qofa gochuun
Irraa Fayyadamaa,💐
Chaanaala beeksifachuuf
👉 @diin_islam_bicha
Kanuma qunnamaa,
====================
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Assalau Aleykum🖐
Yaa Ummata muslimaa☪
Waan beeknuun wal gargaaruun
Nurratti dirqama,💫
Isinis Join qofa gochuun
Irraa Fayyadamaa,💐
Chaanaala beeksifachuuf
👉 @diin_islam_bicha
Kanuma qunnamaa,
====================
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Forwarded from Marcador Bot
Itoophiyaatti alkkoofsi namoota koronaavaayirasiin qabamanii 19 qaqqabe
Odeeffannoo dabalataaf
Join tuqaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👇👇👇👇 👇👇👇👇
👇👇👇👇
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
Odeeffannoo dabalataaf
Join tuqaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👇👇👇👇 👇👇👇👇
👇👇👇👇
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota Vayirasiin Koroonaa irratti argame 21 gahuu ibsame
Odeeyfannoo #Nuuralhudaa
Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa Dr.Liiyaa Taaddasa akka ibsitetti, guyyaa kaleessaa fi har’aa qorannoo shakkamtoota irratti godhameen Vayirasichi namoota shan irratti argame. Namoota guyyaa hardhaa Vayirasiin Koroonaa irratti argame jidduu lama jiraattota magaalaa Adaamaa yoo tahan, mucaa waggaa 14 fi dubartii waggaa 48 tahuun beekamee jira. Jiraattonni magaalaa Adaamaa lamaan kanaan dura nama Vayirasichaan qabame waliin wal qunnamtii kan qaban tahuus odeeyfannoon ni addeessa.
Namni saddaffaa ammoo dubartii lammii Ityoophiyaa waggaa 26 dhiheenya kana Beljiyeem irraa deebite tahuu ibsame. Haaluma walfakkaatuun namoonni lama ammoo jiraattota magaalaa Finfinnee yeroo gara garaa Dubaay irraa deebi’an tahuu ibsi Ministeera Fayyaa ni addeessa.
Kanuma hordofuun magaalaa Adaamaatti tajaajilli traanspoortii taaksii magaalaa keessaa, Alhada har’aa irraa eegalee guutumatti kan addaan cite tahuu Biiroon Dhimmoota Kominikeeshiinii Naannoo Oromiyaa beeksise.
Haaluma walfakkaatuun Bulchiinsi magaalaa Asallaa weerara vayrasii Koroonaa ittisuuf sochiin traanspoortii magaalaa keessaa akka dhaabbatu kan murteesse tahuu odeeyfannoon ni addeessa.
#Ityoophiyaa #COVID_19

®"Raachonni Hara qarqaratti sassaabamanii waan iyyaniif Harichi kan isaaniti jechuu miti, Kabaja isaaniif jecha Qurxummiiwwan callisan heddutu jiraatii"
Looreet Tsaggaayee G/Madin
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
@ISLAMISLIFE1
🔷🔶🔷🔶🔷🔶🔷🔶🔷
Jechoota beektotaa
karaa gabaabaan
Argachuuf
Join tuqaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👇👇👇👇 👇👇👇👇
👇👇👇👇
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
Looreet Tsaggaayee G/Madin
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
@ISLAMISLIFE1
🔷🔶🔷🔶🔷🔶🔷🔶🔷
Jechoota beektotaa
karaa gabaabaan
Argachuuf
Join tuqaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👇👇👇👇 👇👇👇👇
👇👇👇👇
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
Forwarded from Qualitymovbot
❄️🌷🌷🌷🌴🌷🌴🌷🌷🌷❄️
Chaanaloota bebbeekamoo kanneen gadii kana ammuma join godhadhaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇