Dawaa Qalbii
9.15K subscribers
2.06K photos
37 videos
32 files
2.79K links
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓

@Rabbiiftai
Download Telegram
Forwarded from BBC AFAAN OROMOO
Namni balaa konkolaataa Meeksiikoo kan lubbuu namoota 54 galaafate irraa hafe waan ture akkasiin BBCtti hime.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3oN2WCX
Forwarded from Nuuralhudaa (Mohamedamin Hussen)
Namni Rabbirratti irkate rakkina kamiyyuu ni injifata!

Namni Muslimaa haalli rakkisaan kamiyyuu yeroo isa muudate, sodaa fi dhiphinaan gadduu osoo hin taane, waadaa Rabbii isaa yaadachuun isumrratti irkoo jabeefachuu qaba.

Rabbiin subhanahuu wata'aalaa akkana jedha:

قُل لَّن يُصِيبَنَا إِلَّا مَا كَتَبَ اللَّهُ لَنَا هُوَ مَوْلَانَا ۚ وَعَلَى اللَّهِ فَلْيَتَوَكَّلِ الْمُؤْمِنُونَ (51)  
“Jedhi, “Wanta Rabbiin nuuf katabe malee homaa nu hin muudatu. Inni tiiksaa keenya. Warroonni amanan Rabbiin irratti haa irkatan.” Suuratu At-Tawbah 9:51

Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaa
Forwarded from Nuuralhudaa (Abbaas)
  “Isinirraa namni akkaan na biratti jaalatamu, kan guyyaa Qiyaamaa qubsumti isaa akkaan natti dhihaattu nama isinirraa amala gaarii qabu.”

Nabi Muhammadﷺ

[Tirmizii : 2018]

 

-         Muslimni haala bareedaa qabu Jannata ollaa Rasuulaa qubata.

 

*إنَّ مِن أحبِّكم إليَّ وأقربِكُم منِّي مجلسًا يومَ القيامةِ أحاسنَكُم أخلاقًا.*

الراوي : جابر بن عبدالله.

NUURALHUDAA

Soora Qalbii Muslimaa
Gorsaaf duuuti gahaadha.
Dheeraa ta'ee gabaabaa;furdaa ta'ee qal'aa; Bareedaa ta'ee fokkataa;Hiyyeessa ta'ee Dureessa ;Beekaa ta'ee wallaala; Daa'ima ta'ee Nama guddaa;Dhiira ta'ee Dubara;
Amantii fedhe hordofee,biyya fedhe jiraatee namni kamiyyuu kan du'arraa oolu hin jiru garuu guyyaa fiBakka itti du'u hin beeku kanaafuu hundi keenna galaa haa qooheeffannu Dachii irra deemnu tana jaalatti deebi'uun keenna hin hafu.
Rabbiin nama siinqii qopheeffatee deemu nu haa taasisu.
Du'a haa yaadannu!!!!!!!!!!!!!!
@Sammaan
Forwarded from Tikvah-University
የጤና ባለሙያዎች የብቃት ምዘና ፈተና ከታህሳስ 21 እስከ 27/2014 ዓ.ም ይሰጣል።

ፈተናው የሚሰጠው በሕክምና፣ በነርሲንግ፣ በጤና መኮንን፣ በፋርማሲ፣ በሜዲካል ላብራቶሪ ቴክኖሎጂ፣ በሚድዋይፈሪ፣ በአንስቴዥያ፣ በዴንታል ሜድስን እና በሜዲካል ራዲዮሎጂ ቴክኖሎጂ ሙያዎች ተመርቀው የጤና ሚኒስቴር የሚሰጠውን የብቃት ምዘና ፈተና ለመውሰድ ለተመዘገቡ ነው።

በመሆኑን ተፈታኞች አስፈላጊውን ዝግጅት ኦያደረጉ እንዲቆዩ የገለጸው ሚኒስቴሩ፤ የፈተናውን ፕሮግራም በቅርብ አሳውቃለሁ ብሏል።

በኅዳር 2014 ዓ.ም ይሰጣል ተብሎ የነበረው የጤና ባለሙያዎች የብቃት ምዘና ፈተና ወደ ታህሳስ ወር መራዘሙን መዘገባችን ይታወሳል።

@tikvahuniversity @TikvahUniversityybot
Forwarded from Free Education Ethiopia ︎ (π)
የ 2013 የ12ኛ ክፍል ብሄራዊ ፈተና ውጤትን እስመልክቶ ምንም የወጣ ነገር የለም!

ነገር ግን አሁን ባለን መረጃ የፈተናው ውጤት ቶሎ ቢመጣም እንኳን ተማሪዎቹ ወደ ዩኒቨርሲቲ ለመግባት ሊቆዩ ይችላሉ። ዩኒቨርሲቲዎች ከ ትግራይና ወልዲያ ዩኒቨርሲቲ የተበተኑ ተማሪዎችን ተቀብለው እያስተማሩ ስለሆነ ቦታ የላቸውም።

አሁንም በድጋሚ የ ወሎ ዩኒቨርሲቲ ና መቅደለ አምባ ዩኒቨርሲቲ ተማሪዎች ወደ ተለያዩ ዩኒቨርሲቲዎች ይበተናሉ። ስለዚህ ሁሉም ዩኒቨርሲቲዎች የ አንደኛ አመት ተማሪዎችን ለመቀበል ቦታ አይኖራቸውም።

ሌላው ምክንያት ሁለተኛ ዙር የሚፈተኑ ተማሪዎች ገና ፈተናዎችን አልወሰዱም። ስለዚህ 12ኛ ክፍል የነበሩ ተማሪዎች ወደ ትምህርታቸው ለመመለስ ትንሽ ጊዜ ሊወስድ ይችላል።

አዲስ መረጃ ሲኖር ተከታትለን የምናሳውቅ መሆኑን እንገልፃን።

@Free_Education_Ethiopia
Stay Safe!
Jaappaanonni akka je'anitti ati fuula sadii qabda.

Fuulli inni jalqabaa, kan ati gad baatee addunyatti agarsiistu dha.

Kan lammadaa, Fuula ati hiiriyoota sitti dhihooti fi maatii keetitti agarsiistu dha.

Kan sadaffaa ammoo nama tokkottillee goonkuma hin agarsiistu. Inni kun calaqqee sirrii eenyummaa keetiti. Isa yeroo kopaa kee jirtuu sani.

@Sammaan
Forwarded from Ferhan Abdulselam
OMN qilleensarraa bu’uu hubannee jirra. Qilleensa irratti deebisuuf tattaaffii godhaa jirra. Daqiiqaa muraasa booda qilleensa irratti ni deebifna jedheen abdii qaba. Qabsoon itti fufa! t.me/FerhanAbdulselam
Forwarded from Gali Ababor Official
Haqni Rabbii maali?
👇👇👇👇
Haqni Rabbii gosa ibaadaa hundaa isaaf kennuudhaan isa tokkoomsuudha.
Rabbiin ni jedhe: “Gabbaramaan keessan gabbaramaa tokkicha. Isa malee dhugaan gabbaramaan hin jiru. [Inni] akkaan mararfataa rahmata godhaadha.” (Albaqaraa: 163).
Akkasumas hojii qalbii, arrabaafi qaamaa keessatti wanti biraa isatti qindeeffamuu dhiisuudha. Rabbiin ni jedhe: “Rabbiin gabbaraa; Isatti homaa hin qindeessinaa.” (Annisaa’i: 36).

Shirkiin guddaan toltuu namaa tokkollee namaaf hin hambisu. Rabbiin ni jedhe: “Dhugamatti, gara keetiifi gara warra si dura turaniittis “yoo Rabbitti waa qindeessite dalagaan kee ni bada; warra hoonga’an irraas taata” jechuun wahyiin buufameera.” (Azzumar: 65). Dubbii kana Nabiyyii Isaa Muhammadiin (saw) jedhe. Kan nama biraa immoo akkam ta’a ree?

Rabbiin shirkii tawbaadhaan malee gabrichaaf hin araaramu. Rabbiin ni jedhe: “Dhugumatti Rabbiin Isatti waa qindeeffamuu hin araaramu. Waan sanaa gadii nama fedheef ni araarama.” (Annisaa’i: 48).
Rabbiin ni jedhe: “Isaan kafaranii [namoota] karaa Rabbii irraa deebisanii ergasii kaafiroota ta’anii du’an, Rabbiin isaaniif hin araaramu.” (Muhammad: 34).

Namni kufrii irratti du’e kan ibiddaati. Rabbiin ni jedhe: “Namni isin irraa amantii isaa irraa garagalee kaafira ta’ee du’e, warri sun addunyaafi Aakhiraatti dalagaaleen isaanii baddeetti. Ammas warri sun warra ibiddaati; isaan achi keessatti hafoodha.” (Albaqaraa: 217). Ammas ni jedhe: “Dhugumatti, warri kafaranii kaafirtoota ta’anii du’an, isaan abaarsi Rabbii, kan malaa’ikootaafi namoota hundaatuu isaan irra jira.” (Albaqaraa: 161).
Kaafirri yeroo addunyaa irra jiru kan nama fayyadu ta’uun isaa ni mala. Kana Rabbitu akkuma biiftuu, ji’a, qilleensaafi duumessa bu’aa buusuuf laaffise isas bu’aa buusuuf laaffise. Warra kanatu bu’aa buusuutti caalaayyu. Kufriin Rabbitti kafaruu irratti dubbatama malee uumamatti kafaruu miti. Adabbiin kan argamu immoo haqa Rabbii irratti malee kufrii uumamaa irrattii miti waan ta’eef.
📜 Sunnaawwan jaallatamoo guyyaa jum'aa...15


➊➾Jalqaba rabbumaaf jecha jum'aa kana dhaqa jedhanii niyyachuu.
➋➾Qaama dhiqachuu.

➌➾ uffata bareeda uffatuu 👖

➍➾Shittoo/urgooftuu dibachuu{dhiiraaf}

➎➾ilkaan siwaakachuu.
➏➾Gara masjidaa yeroodhaan deemuu.
➐➾saffaawwan duraa qabachuu. Garuu nama irraan tarkanfachuufi nama cinquun hin ta'u.
➑➾raka'a lamaa tahiyyaa masjida salaatuu.

➒➾suuratul kahfiin qara'uu.
➊⓿➾ fuulaan gara imaamaa garagaluu.
➊➊➾kuxbaa callisaan dhaggeeffachuu.
➊➋➾Yeroo du'aa'iin itti qeebalmtu sana niyyaan eegachuu.
➊➌➾ salawaata nabiin irratti baay'essu guyyaaf halkanis.
➊➍➾ibaadaawwan akka sadaqaa,salaata sunnaa,zikrii,wal ziyaaruu, qur'aana qara'uu baay'isuu fi k.k.f.
➊➎➾salaanni jum'aa erga xumuuramee booda rabbiin zakkara gara dalagaa deemuu.


#⃣ rabbiin hundaa walitti nuu haa qabu

@Sammaan
Forwarded from Nuuralhudaa (Mohamedamin Hussen)
Mindaan dalagaa Kheeyrii teetii nama biraatiif akka si jalaa hin kennamne tolchii eeggadhu!

Guyyaa qiyaamaa nama jaalattuuf, Abbaa kee, Haadha tee, ilmoo teetiifii eenyuufuu mindaa gaarii tee takkallee kennuu hin dandeesu. Garuu faallaa kanaa kheeyrii tantee nama jibbitu, kan ati hamatte, kan arrabsite, kan maqaa balleessitee fi kan miite hundaaf ni kannama.
Kanumaaf Ergamaan Rabbii nagayaa rahmanni isaan irratti haa jiraatuu akkana jechuun nuuf dhaaman: "Wal hin rakkisinaa, wal hin salphisinaa, qaanii walii jala hin deeminaa."
Hadiisa biroo keessattis Nabiin keenna nagayaa rahmanni isaan irratti haa jiraatuu akkana jadhan: "muslima jechuun nama muslimni arraba isaatiifii harka isaatirraa nagaya baheedha"
Yaa Rabbi warra eega kheeyrii dalagatee booda arrabaa fi harka isaatiin balleessu irraa nu hin godhin!

Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaa
RABBIIN ISINIIF HAA TAASISUU !!!
•••••••••••••••••••••••••••••••••••

• Boqonnaa Keessan Salaata Isiniif Haa Taasisu
• Dubbii Teessan Qur’aanaa Isiniif Haa Taasisu
• Deeminsa Keessan Gara Masjida Isiniif Haa Taasisu

• Yaanni Keessa Hunda iimaana Rabbiin Isiniif Haa Taasisu
• Jaalallee Keessan Rasuula S.A.W Isiniif Haa Taasisu
• Qabeenya Keessan Isiniif barakeeffamaa Haa Taasisu

• Uffata Keessan Shari’aa Isiniif Haa Taasisu
• Fakkeenya Keessan Sahaabaa Isiniif Haa Taasisu
• Hawwwii Teessan Hunda Jannata Isiniif Haa Taasisu

• Jecha Keessan Kan Dhumaa Shahaadaa Isiniif Haa Taasisu
• Yaadaa fii Muraada Keessan Hunda Rabbi Isiniif Haa Guutu
• Gufuu fii Gufaata Hunda Jalaa Najaa Isin Haa Baasu

Barreeffama Kana Dubbisaatii Share Waliif Godhaa.
@Sammaan
Hundinuu Ni dabra!!!!!!!
Forwarded from Nuuralhudaa (Abbaas)
Rabbiin (SW) haadhaa fi abbaa keessaniif tola itti Oolaa jedhe

Nama tokkotti gama rasuula rabbii (ﷺ) dhufee “yaa ergamaa rabbii haadhaa fi abbaan kiyya dullummaa irraa kan ka’e waan gaafa ani ijoollee fincaanii fi xurii biroo kan isaan na irraa qulqulleesssuu turan hardha immoo dabareedhaan ani kan isaanii qulqulleessaa jira kanaafuu rahmataa fi tola gaafa ijoollummaa kiyyaa isaan naaf Oolan san deebisuu danddayaa ?” jedhee gaafate.

Rasuulli rabbii (ﷺ) “isaan kan finccaan sirraa dhiqan yaa rabbi naaf guddis jechaati ati immoo yaa rabbi gahee rahmata godhiif takkaa ajjeesi jechaati akkamiin walitti dhuftu osoo waan feete gootee tola isaan siif Oolan kaffaluu hin danddeessuu” jedhaniin.

“ Yaa Rabbi haadhaa fi abbaa keenyaa rahmata godhi “

Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaa