Dawaa Qalbii
9.14K subscribers
2.06K photos
37 videos
32 files
2.79K links
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓

@Rabbiiftai
Download Telegram
Forwarded from Seenaa Jimjimoo (FREE JAWAR)
Hayyoota mana hidhaa jiraniif eegumsi cimuu qaba. Hidhamtoonnis yeroo murteessaa kana maatii qofaan utuu wal arganii gaarii ta’a.

Dubbiin dhumateera. Eegumsi garasitti haa cimu.
Gaafa duunu waa 3tu nu jala deema. Fira, qabeenyaafi hojii teenya. Sadanuu nu hordofanii gala teenya toolchan. Garuu firaafi qabeenyi nu jalaa hafa. Qabrii nu waliin hin seenan. Kan nu waliin waaru hojii teenya qofa. Hojii teenya haa bareeffannu. Yaa Rabbi gala teenya toolchi.


ﻋﻦ ﺃﻧﺲ ﺑﻦ ﻣﺎﻟﻚ ﻗﺎﻝ : ﻗﺎﻝ ﺭﺳﻮﻝ ﺍﻟﻠﻪ ﺻﻠﻰ ﺍﻟﻠﻪ ﻋﻠﻴﻪ ﻭﺳﻠﻢ : ﻳﺘّﺒﻊ ﺍﻟﻤﻴﺖ ﺛﻼﺛﺔ ، ﻓﻴﺮﺟﻊ ﺍﺛﻨﺎﻥ ﻭﻳﺒﻘﻰ ﻭﺍﺣﺪ : ﻳﺘﺒﻌﻪ ﺃﻫﻠﻪ ، ﻭﻣﺎﻟﻪ ، ﻭﻋﻤﻠﻪ ، ﻓﻴﺮﺟﻊ ﺃﻫﻠﻪ ﻭﻣﺎﻟﻪ ، ﻭﻳﺒﻘﻰ ﻋﻤﻠﻪ.


Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaa
@Sammaan
Forwarded from Ferhan Abdulselam
Akka madda qabatamaa irraa odeeffannoo argadhetti Jawar faa galaafachuuf ajajootni olaanoon irratti walii galanii turan. Yeroo hojiitti hiikuuf yaalanitti jalaa fashale. Akkaataa itti fashale ifa godhuu irraa of qusadhe sababa ta’eef. Garuu yoo ummatni Oromoo dhimma kana salphisee ilaale fashale jedhanii waan dhiisan hin fakkaatu. Kana duras yeroo adda addaa ifatti yaaliin godhamee akka fashale beekkamaadha. Yaaliin akkanaa akka irra hin deebine kan godhu yoo ummatni Oromoo hayyoota isaa qaqqaalii kanneeniif gatii isaaniif malu kennee dhiibbaa barbaachisaa godhe qofa.
Forwarded from Quwwatulislaam_promotion
🕌Assalaamu Alaykum warhmatullaahi Wabarakaatuh🤝
📚Kabajamtootaaf jaalatamtoota Hawaasa Muslimaa Barnoonni Seenaa Barachuun Baay'ee Barbaachisaadha.
📓Kanaaf Warroonni seenaa Nabiyyootaa barachuu barbaaddan link/promotion Armaan gadii kana keessaa kan isinitti tole tuquudhaan chaanaala @quwwatulislaam Ammuma Join godhadhaatii irraa fayyadamaa!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
“Isinirraa namni akkaan na biratti jaalatamu, kan guyyaa Qiyaamaa qubsumti isaa akkaan natti dhihaattu nama isinirraa amala gaarii qabu.”

Nabi Muhammadﷺ

[Tirmizii : 2018]

 

-         Muslimni haala bareedaa qabu Jannata ollaa Rasuulaa qubata.

 

*إنَّ مِن أحبِّكم إليَّ وأقربِكُم منِّي مجلسًا يومَ القيامةِ أحاسنَكُم أخلاقًا.*

الراوي : جابر بن عبدالله.
T.me/Sammaan
#Maaltu_beeka!?

☞︎︎︎Waan jaalattu tokko akkuma hawwaa turtee fi bakkuma hawwaa itti turte sanatti argachuun kee ni malaa!.
☞︎︎︎ #Maaltu_beeka! osoo ati hin yaadin..bakka ati hin yaadnee oduun gammachiisaan sitti dhufuun malaa!.
☞︎︎︎#Maaltu_beeka!...Du'aa'ii ati Rabbii keetitti warwaataa turte sana, guyyaa wahii..sadarkaa ati uf dinqisiifattu takkatti Rabbiin siif awwaachuun malaa!.

☞︎︎︎Adeemsa kee keessatti balballi keeyrii hundi siif banamuutu malaa!.
☞︎︎︎Lubbuun tee tasgabbii argattee jiruu tee keessatti wanti sodaa jedhamaa si keysaa fuudhamutu malaa!.
☞︎︎︎Waan ati jaalattu sana!..waan ati feetu sana..Qadarrummaan oofee sitti fiduun malaa!
𝙼𝚊𝚊𝚕𝚝𝚞 𝚋𝚎𝚎𝚔𝚊 ?

☞︎︎︎Qalbii tantee gammachuu daangaa hin qabneen..tan naasuun hin booressineen Rabbiin si guututu malaa!.
Hundaafuu Rabbii kankee irraa Abdii hin kutatin..Rabbiin nama waan hawwaa ture hundatti dhaqqabu si haa taasisuu.
#د_آلاء 🌟
#Dr_Alaa
Dubbisaa share godhaa
Join👇
@tafak_or
T.me/Sammaan
Forwarded from ️JBMAR (Sammaan Seman)
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Beekkumsa Rabbiin siif kenne ittiin boonuu osoon taane namootaf qoodi ati dandeetti keetin beekte osoo hin taane qooda Rabbiin siif qoode akka ta'e hin dagatin.
T.me/Arsirobej
#Adeemsa kee hundaa Islaamummaan sirreessi. kaayyoon dhufaatii keetii gabbartii Rabbii akka ta'es beeki!. jireenyi biyya lafaa tuni dhumtuudha. Kan hin dhumanne jireenya du'aan boodaati. Sunis Jannata (Jireenya bara baraati). Kana argachuudhaaf Islaamummaa fudhachuudha. ISlaamummaan immoo, badhaasa Rabbiiti. qabachuudhaan ittiin badhaafami.
@Sammaan
Hundeessaa fi hogganaa Tiwiitarii kan ta'e Jaak Doorsii hogganummaa dhaabbatichaa gadi dhiise.

via BBC
@Sammaan
👉 Jalqabni Nama #islaamummaa fudhatee:-
1. Khadiijaa,
2. Abuu bakri,
3. Aliyyi binu Abii Xaalib,
4. Zayid binul Haarisaa dha.

👉 Rabbiin(S.A.W) Maqaa Afuriin Qur'aana Yaame.
1. Al_kitaab,
2. Al_furqaan,
3. Az_zikri fi
4. Al_qur'aani.

👉 Kitaabni Gurguddaan Rabbiin Buuse Afuri.
1. Zabuur:- Daawud irratti,
2. Tawraat:- Muusaa irratti,
3. Injiil:- iisaa irratti,
4. Furqaan:- Nabi Muhammad(S.A.W) irratti.

👉 Jannata keeysa Madda Afurtu jira.
1. Madda Bishaan burqu,
2. Madda Aannan burqu,
3. Madda Farshoo,
4. Madda Dammaa ti.

Anaa fi isiniis Nama #Jannatul_Firdawsiin seenu Rabbiin nuhaa godhu.
T.me/Sammaan
Obbo Jawaar Muhammad
Forwarded from Quwwatulislaam_promotion
🕌Assalaamu Alaykum warhmatullaahi Wabarakaatuh🤝
📚Kabajamtootaaf jaalatamtoota Hawaasa Muslimaa Barnoonni Seenaa Barachuun Baay'ee Barbaachisaadha.
📓Kanaaf Warroonni seenaa Nabiyyootaa barachuu barbaaddan link/promotion Armaan gadii kana keessaa kan isinitti tole tuquudhaan chaanaala @quwwatulislaam Ammuma Join godhadhaatii irraa fayyadamaa!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
"Yaa Mu'aaz, Wallaahi siin jaaladha. Wallaahi siin jaaladha. Waa siif dhaama yaa Mu'aaz. Salaata Fardii hunda booda •Allaahumma a'innii alaa zikrika wa shukrika wa husni ibaadatika• jechuu hin dhiisin."
Nabi Muhammadﷺ
[Abu Daawuud : 1522]

- Hiikkaan:- Yaa Rabbii kiyya! Si yaadatuurratti, galata siif galchuurratti, dalaga gaggaarii akkaan hojjedhuufis na gargaari.

*أنَّ رسولَ اللَّه صلَّى اللَّه علَيهِ وسلَّمَ أخذَ بيدِهِ، وقالَ: يا مُعاذُ، واللَّهِ إنِّي لأحبُّكَ، واللَّهِ إنِّي لأحبُّك، فقالَ: أوصيكَ يا معاذُ لا تدَعنَّ في دُبُرَ كلِّ صلاةٍ تقولُ: اللَّهمَّ أعنِّي على ذِكْرِكَ، وشُكْرِكَ، وحُسنِ عبادتِكَ.*
الراوي : معاذ بن جبل.

NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa