Rabbi yaadachuun, Zikrii heddummeysuun mallattoo Mu'minaati. Mallattoo Munaafiqummaa jalaa nagaya bahuuti. Munaafiqni Rabbi hin yaadatu. Yaadatuus waan darreedha! Kanaaf Rabbiin Qur'aanatti..
{ولا يذكرون الله إلا قليلا}
{Xiqqo malee waa Rabbi hin yaadatan} jedhee isaan saaxile. Rabbi yaadadhaa! Gabrichi gooftaa isaa yaadachuun, ajaja gooftaa isaatiif mataa laafuun faaya. Subhaana-Llaah! Wal-hamduli-Llaah! Walaa Ilaaha illa-Llaah! Wallaahu'akbar.
Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaa

Yooyyaa Bilisummaan Dhihoo Jirtii!!
Qabsaa'onni Oromoo Dheebuu Bilisummaa Male, Bolola Angoo Hin Qaban Akkuma Obboleessi Keenya Jawaar mohammad Jadheetti Qabsoo Galmaan geenye Dheebuu Bilisummaa Kana baana!!
Waliif Dabarsaa!!
T.me/Jaal_Marroo_Dirribaa

#Guyyaa_Milkii!
Namni Biyyee tana gubbaa jiru gaafa tokko biyyee ta’uun isaa wanin oolle.
Join👉
T.me/Sammaan

Telegram
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai

SALAATA
Gurbaa tokkootu sheekhatti dhaqee akkana jachuun sheekha gaafii gaafate. 👇👇👇
Gurbaa:- salaata yoom ha jalqabu yaa sheekha.
Sheeka:- yeroo du'uuf guyyaan tokko siif hafu
Gurbaa:- guyyaan du'u hin beekhu yaa sheekha
Sheekha:- akkas taanaan salaataatuma eegi.
👉Atiis Guyyaa duutu hin beeytu salaatatuma eegi.

😊 Nama jaalattu yeroo argitu seeqadhu akka sii jaalatuuf sii gargaara
😊 Diina kee yeroo argitus seeqadhu cimina kee itti mul'isa
😊 Nama sii dhiisee deeme ykn sii gane yoo argitus seeqadhu gaabbiitu itti dhagahama
😊 Nama hin beekne yeroo argitus seeqadhu nagayaatu siif bu'aa
Seequun sunnaa dha!😊😊😁
@waislaama1

عن أبي هريرة قال: قال رسول الله ﷺ: لا تدخلون الجنة حتى تؤمنوا، ولا تؤمنوا حتى تحابوا، أوَلا أدلكم على شيء إذا فعلتموه تحاببتم؟ أفشوا السلام بينكم. رواه مسلم
Hadiisa Abuu Hureyraan odeesse keessatti Ergamaan Rabbii (saw) akkana jedhan: "Hanga amantanitti jannata hin seentan. Hanga wal jaalattanitti hin amantan. Mee waan isin hojjattanii wal jaalattan isin akeekuu? Jidduu keessanitti salaamtaa babal'isaa." Muslimtu gabaase.

Forwarded from Nuuralhudaa (Mohamedamin Hussen)
Yeroo Rakkoo keessatti irkannaa keenna Rabbii tokkocharratti godhachuu qabna.
“Rabbiin guddinni isaa ol tahe akkana jadhe :- "Waan zaalimtoonni godhaa jiran, Rabbiin dagataadha jattee hin yaadin, Guyyaa ijji namaa (shoorarkaan) hagoogamtuuf isaan booda aanse"
وَلَا تَحۡسَبَنَّ اللّٰهَ غَافِلًا عَمَّا يَعۡمَلُ الظّٰلِمُوۡنَ ؕ اِنَّمَا يُؤَخِّرُهُمۡ لِيَوۡمٍ تَشۡخَصُ فِيۡهِ الۡاَبۡصَارُ ۙ ﴿14:42
⁰
(Suuratul-Ibraahiim Aaayata 42)
Ammas Rabbiin Subhanahuu wata'aalaa akkana jedha: "Jechi isaanii si hin yaachisin, waan isaan dhoysanii fi mullisanis nuti ni beeynaa"
فَلَا يَحْزُنكَ قَوْلُهُمْ ۘ إِنَّا نَعْلَمُ مَا يُسِرُّونَ وَمَا يُعْلِنُونَ (76)
Suuratul-Yaassiin Aayata 76
Kanaafuu, Rabbiin badii fi dararaa zaalimtootaa argaa jiraachuu beekii, ololaa fi kijiba isaan sirratti oofaniin osoo hin rifatin Rabbumarratti sabrii godhi!

#Cinqaa_Qiyaamaa
➥Ergamaan keenya (SAW) akkana jedhan;
« يَعرَقُ النَّاسُ يَوْمَ الْقِيَامَةِ حَتَّى يَذْهَبَ عَرَقُهُمْ فِي الْأَرْضِ سَبْعِينَ ذِرَاعًا، وَيُلْجِمُهُمْ حَتَّى يَبْلُغَ آذَانَهُمْ ».
➾[Ilmi namaa guyyaa qiyaamaa ni dafqa, hanga dafqi isaanii -guddinna irraa kan ka’e-#dhundhuma/ciqilee 70 dachee jala gadi deemu takka,...ergasii achii ol deebi'ee afaan isaanii lugaama, hanga gurra isaanii biraan bahutti...}
📙 مُتفقٌ عليه•
#Bukaarii fi #muslimtu odeesse.
T.me/Sammaan
➥Ergamaan keenya (SAW) akkana jedhan;
« يَعرَقُ النَّاسُ يَوْمَ الْقِيَامَةِ حَتَّى يَذْهَبَ عَرَقُهُمْ فِي الْأَرْضِ سَبْعِينَ ذِرَاعًا، وَيُلْجِمُهُمْ حَتَّى يَبْلُغَ آذَانَهُمْ ».
➾[Ilmi namaa guyyaa qiyaamaa ni dafqa, hanga dafqi isaanii -guddinna irraa kan ka’e-#dhundhuma/ciqilee 70 dachee jala gadi deemu takka,...ergasii achii ol deebi'ee afaan isaanii lugaama, hanga gurra isaanii biraan bahutti...}
📙 مُتفقٌ عليه•
#Bukaarii fi #muslimtu odeesse.
T.me/Sammaan
Telegram
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Forwarded from Seenaa Jimjimoo (FREE JAWAR)
Hayyoota mana hidhaa jiraniif eegumsi cimuu qaba. Hidhamtoonnis yeroo murteessaa kana maatii qofaan utuu wal arganii gaarii ta’a.
Dubbiin dhumateera. Eegumsi garasitti haa cimu.

Gaafa duunu waa 3tu nu jala deema. Fira, qabeenyaafi hojii teenya. Sadanuu nu hordofanii gala teenya toolchan. Garuu firaafi qabeenyi nu jalaa hafa. Qabrii nu waliin hin seenan. Kan nu waliin waaru hojii teenya qofa. Hojii teenya haa bareeffannu. Yaa Rabbi gala teenya toolchi.
ﻋﻦ ﺃﻧﺲ ﺑﻦ ﻣﺎﻟﻚ ﻗﺎﻝ : ﻗﺎﻝ ﺭﺳﻮﻝ ﺍﻟﻠﻪ ﺻﻠﻰ ﺍﻟﻠﻪ ﻋﻠﻴﻪ ﻭﺳﻠﻢ : ﻳﺘّﺒﻊ ﺍﻟﻤﻴﺖ ﺛﻼﺛﺔ ، ﻓﻴﺮﺟﻊ ﺍﺛﻨﺎﻥ ﻭﻳﺒﻘﻰ ﻭﺍﺣﺪ : ﻳﺘﺒﻌﻪ ﺃﻫﻠﻪ ، ﻭﻣﺎﻟﻪ ، ﻭﻋﻤﻠﻪ ، ﻓﻴﺮﺟﻊ ﺃﻫﻠﻪ ﻭﻣﺎﻟﻪ ، ﻭﻳﺒﻘﻰ ﻋﻤﻠﻪ.
Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaa
@Sammaan
ﻋﻦ ﺃﻧﺲ ﺑﻦ ﻣﺎﻟﻚ ﻗﺎﻝ : ﻗﺎﻝ ﺭﺳﻮﻝ ﺍﻟﻠﻪ ﺻﻠﻰ ﺍﻟﻠﻪ ﻋﻠﻴﻪ ﻭﺳﻠﻢ : ﻳﺘّﺒﻊ ﺍﻟﻤﻴﺖ ﺛﻼﺛﺔ ، ﻓﻴﺮﺟﻊ ﺍﺛﻨﺎﻥ ﻭﻳﺒﻘﻰ ﻭﺍﺣﺪ : ﻳﺘﺒﻌﻪ ﺃﻫﻠﻪ ، ﻭﻣﺎﻟﻪ ، ﻭﻋﻤﻠﻪ ، ﻓﻴﺮﺟﻊ ﺃﻫﻠﻪ ﻭﻣﺎﻟﻪ ، ﻭﻳﺒﻘﻰ ﻋﻤﻠﻪ.
Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaa
@Sammaan
Forwarded from Ferhan Abdulselam
Akka madda qabatamaa irraa odeeffannoo argadhetti Jawar faa galaafachuuf ajajootni olaanoon irratti walii galanii turan. Yeroo hojiitti hiikuuf yaalanitti jalaa fashale. Akkaataa itti fashale ifa godhuu irraa of qusadhe sababa ta’eef. Garuu yoo ummatni Oromoo dhimma kana salphisee ilaale fashale jedhanii waan dhiisan hin fakkaatu. Kana duras yeroo adda addaa ifatti yaaliin godhamee akka fashale beekkamaadha. Yaaliin akkanaa akka irra hin deebine kan godhu yoo ummatni Oromoo hayyoota isaa qaqqaalii kanneeniif gatii isaaniif malu kennee dhiibbaa barbaachisaa godhe qofa.
Forwarded from Quwwatulislaam_promotion
🕌Assalaamu Alaykum warhmatullaahi Wabarakaatuh🤝
📚Kabajamtootaaf jaalatamtoota Hawaasa Muslimaa Barnoonni Seenaa Barachuun Baay'ee Barbaachisaadha.
📓Kanaaf Warroonni seenaa Nabiyyootaa barachuu barbaaddan link/promotion Armaan gadii kana keessaa kan isinitti tole tuquudhaan chaanaala @quwwatulislaam Ammuma Join godhadhaatii irraa fayyadamaa!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇