Dawaa Qalbii
9.15K subscribers
2.06K photos
37 videos
32 files
2.79K links
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓

@Rabbiiftai
Download Telegram
Forwarded from BEEKUMSAA FII ART (Qilleensi Nasrii Bubbise)
" Eddoma jirtanirraa Nagayaa fi Rahmata narratti buusaa. Bakkuma ani jirutti Nagayaa fi Rahmanni keessan na dhaqqaba waan ta'eef " !!

Ogeessa addunyaa
Hangafa Uumamtootaa
Sammuu Banii Aadam
Nabi Muhammad
صلى عليه الله ربي وسلما
ما نزل ماء عن جبل وتمتما
Forwarded from ️JBMAR (Ìşşãã Ýųųśůf)
Oduu Gammachiisaa

As wr wb

Barattoonni kutaa 12 ffaa qormaata yeroo darbe fudhatan jama'aa barattoota muslimaa Arsii Roobeetiif (JBMAR) meeshaalee barnootaa garagaraa akkasumas mallaqaa fi kkf jama'ichaaf gargaarsa taasisan. Keessumaa kitaabota riifaransii gosa garagaraa 25 ol , shiittiwwan qormaata garagaraa qubeessaa hamma haqxuutti gumaachanii jiru .

Rabbiin isaanirraa haa jaalatu , yaada isaanii rabbiin galmaan haa gahuuf. Aaaamiiin

As wr wb

T.me/Arsirobej
🌸Arkaana Islaamaa

ﻓَﻘَﺎﻝَ ﺭَﺳُﻮﻝُ ﺍﻟﻠﻪِ ﺻَﻠَّﻰ ﺍﻟﻠﻪُ ﻋَﻠَﻴْﻪِ ﻭَﺳَﻠَّﻢَ : ﺍﻟْﺈِﺳْﻠَﺎﻡُ ﺃَﻥْ ﺗَﺸْﻬَﺪَ ﺃَﻥْ ﻟَﺎ ﺇِﻟَﻪَ ﺇِﻟَّﺎ ﺍﻟﻠﻪُ
ﻭَﺃَﻥَّ ﻣُﺤَﻤَّﺪًﺍ ﺭَﺳُﻮﻝُ ﺍﻟﻠﻪِ ﺻَﻠَّﻰ ﺍﻟﻠﻪُ ﻋَﻠَﻴْﻪِ ﻭَﺳَﻠَّﻢَ، ﻭَﺗُﻘِﻴﻢَ ﺍﻟﺼَّﻠَﺎﺓَ، ﻭَﺗُﺆْﺗِﻲَ ﺍﻟﺰَّﻛَﺎﺓَ،
ﻭَﺗَﺼُﻮﻡَ ﺭَﻣَﻀَﺎﻥَ، ﻭَﺗَﺤُﺞَّ ﺍﻟْﺒَﻴْﺖَ ﺇِﻥِ ﺍﺳْﺘَﻄَﻌْﺖَ ﺇِﻟَﻴْﻪِ ﺳَﺒِﻴﻠًﺎ

#Arkaana_Islaamaa_Hiika_Waliin

1. Haqaan gabbaramaan Allaaha malee hin jiru
jechuudhaan Ragaa bahuu fi Muhammad ergamaa Allaaha
akka tahe ragaa bahuudha.
2. Salaata salaatudha (ulaagaa salaataa guutuudhaan,
qalbii ziqiidhaan, sodhadhaan, salaatudha.)
3. Zakaa kennuudha.
4. Baatii Ramadaanaa soomanuudha. Nyaata, dhugaatii,
qunnamtii saalaa, waan dhowwamaa tahe hunda hanga
aduun seentuu ni lakkifta.
5. Hajjii goota yoo baasii isaa dandeesse .

#Muslimtu_gabaase.

🌹JOIN □ @Sammaan
Forwarded from Deleted Account
SEENAA GABAABDU

Gaafa tokko gurbaan tokko yeroon gad bahee ala deemu ija tiyya dubartii aji nabii irraa gad qabachuu hin dandeyuu akkamiin tahaa ja'ee sheekha gaafate yeroo khana sheekhtichi burcuqqoo shaahi takka shaahii itti guutee hoodho burcuqqoo tana fuudhi magaalaa kheeysaan deemi osoo gadi hin neeyne isii guutu as deebisi je'een yeroo khana gurbaaniis je'een hoggaas furmaata niin arkkadhaa yaa sheekha sheekhtichiniis ee ni arkkattaa je'een yeroo khana gurbaan khun ajaja sheekha godhee burcuqqoo shaahi tana magaalaa kheeysaan deeme osoo xiqqollee irraa gadin naqin isii guutuu as deebise yeroo khana sheekhaan je'e yaa sheekha khunoo fidee je'een osoon gadin naqin yeroo khana sheekhtichiniis je'een arra dubartii takkallee hin agarreehi je'ee gaafate gurbaa khana gurbaaniis ee hin agarree je'ee deebiseef achi booda sheekni maalif hin agarinii je'ee isa gaafate ininiis burcuqqoon laallachaa deemu jiraa je'een yeroo khana sheekhniniis je'een diiniis akkasitti eeggachuu barbaachisaa hubadhuu je'een
Khanaaf yaa obboleeyyan kheenya nuti arraan tana hangam takka diin kheenya eeggachuu jirraa waan rabbiin irraa nu dhoorkee ho hangam takka irraa dhoorkamaa jirraa
If laalu qabna waan hunda caala seera rabbiin nuuf khaaye eeggachuun barbaachisaadha

By MOHAMMED ABDI

Join_Share 👇
t.me/Suhye_bi
@Suhye_bi
Yaa Rabbii Koo Miidhamaa hundaafu ati birmadhuuf.
Nagaya Kee nuuf kenni
Karaa ofii filatterra nu oofi.
Galma guddaan nu gahi
Hikmaa addaa nuu kenni.
👇👇👇👇👇👇👇
Join ,share
T.me/Sammaan
"ሁኔታዎች ሲመቻቹ #ሁለተኛው_ዙር የ12ኞች መልቀቂያ ፈተና ይሰጣል" - ፕሮፌሰር ብርሃኑ ነጋ

የ2013/14 የ12ኛ መልቀቂያ ፈተና ለመውሰድ ከተመዘገቡት ተማሪዎች መካከል ከ91.5% በላይ የሚሆኑት ፈተናውን የወሰዱ ሲሆን በአንዳንድ አካባቢዎች በነበሩ የፀጥታ ችግሮች ፈተናውን መፈተን ያልቻሉትን ሁኔታዎች ሲመቻቹ በሁለተኛ ዙር ለመስጠት መታቀዱን የትምህርት ሚኒስትሩ ፕሮፌሰር ብርሃኑ ነጋ በትዊተር ገጻቸው ገልጸዋል።

#grade12_2nd_round
@Free_Education_Ethiopia
Stay Safe!
Forwarded from Yayaa Bashir
Baalee fi Beela!
#Qaallittii Jawar fi Baqqalaa faan Mana hidharraa Lammiilee keenya Hongeen miidhamaa Jiraniif deeggarsa godhan.
Goota lammiif of Kenne iddoon inni jiru yoom arjooma raa Isa daangessa?
Isaan yoomillee Hunda Keenyaf fakkeenya.
من أذكار المساء:
سبحان الله وبحمده

من قالها مائة مرة حين يصبح وحين يمسي لم يأت أحد يوم القيامة بأفضل مما جاء به إلا أحد قال مثل ما قال أو زاد

عبر تطبيق أذكار المسلم
https://Sammaan
FAAYIDAA AANNANII
1. Madda anniisati
2. Dhukkuba laphee fi dhiibbaa dhiigaa ni hir'isa
3. Dhukkuba onneen tasaa hojii isii dhabuu ( sudden cardiac arrest ) kana ittisuuf gargaara.
4. Dhippina sammuu ni hir'isa
5. Guddina maashawwanii fi ijaarsa qaamaaf ni gargaara.
6. Jabeenya lafee fi ilkaaniif ni fayyada
7. Albuudota akka pootasiyeemii , vaaytaaminoota, pirootiinii ,faati adda addaan ka badhaadhe dha .
8. Ulfaatina qaamaa hir'isuuf ni fayyada
9. Dandeetti dhukkuba ofirraa deebisuu nuuf dabala

Galatoomaa
Like and follow my page
Deebinee jirra
Namni kuni uumama laafaa eegumsatti haajamu, Rabbiin nama hunda maleykaa isa eegdu itti godhe.

malaa'ikaa balaa namarraa eeydu.

Yeroo garaa haadhaa jiran, Yeroo ijoollummaa fi Yeroo hirriibaa, akkasuma yeroo hunda, malaa'ikaa nama eeyduutu namaan wajji jira.

Ammas malaa'ikaa dalagaa namaa eeydu, tan gaarii fi hamtuu barteessitu, nama hundaa wajji jira.

Wanni Rabbiin malaa'ikaa nama eeydu nama hundaa godheef, namaatu uumama laafaa tikatti haajamu waan taheefi.

Mee gaafa inni garaa haadhaa keessa jiru laalaa isaatu waan isa miidhu ifirraa dhoorkee?

Gaafa inni joollee yookaa hoggaa rafu isaatu if tiiysee? dhugaa yoo laalle namni laafaadha.

Namni laafina ifii baruu fedhe akkaataa itti uumame haa laaluu waan irraa uumame haa laaluu, achiraa laafina ifiitiifi, jabeenya Rabbii isaa hubataa. Rabbiin akki je'e suura xaariq [4-6]



إِن كُلُّ نَفۡسٍ لَّمَّا عَلَيۡهَا

حَافِظٌ

فَلۡيَنظُرِٱلۡإِنسَٰنُ مِمَّ خُلِقَ | خُلِقَ مِن مَّآءٍ دَافِقٍ

Suuraa biraa keessatti "lubbuu teessan keessatti gad hin lallaaltanii?" Jedha uumamnummaan Keenya kunuu waan nama gorsuudha.
Suura biraa keessatti immoo warreen gorfaman warreen aqlii qaban qofa akka tahan dubbate aqlii nuuf haa kennu.

@Sammaan
Akkuma aduun guyyaa #Kamisaa dhiiteen ergamaa Rabbii Muhammad (ﷺ)❤️ irratti Salawaata buusuu heddummeessaa.

"Ergamaan Rabbiiﷺ "Halkan Jum'aafi guyyaa Jum'aa Salawaata narratti buusuu heddummeessaa. Salawaatni keessan narra fidamti" jedhe..

San keessatti warri wal-dorgomu wal haa dorgamu

شمس الخميس اذ تغيب زد فى الصلاة على الحبيب ﷺ
قال ﷺ :(أكثروا علي من الصلاة ليلة الجمعة ويوم الجمعة فإن صلاتكم معروضة علي).

وفي ذالك فليتنافس المتنافسون
T.me/Sammaan
Rabbi yaadachuun, Zikrii heddummeysuun mallattoo Mu'minaati. Mallattoo Munaafiqummaa jalaa nagaya bahuuti. Munaafiqni Rabbi hin yaadatu. Yaadatuus waan darreedha! Kanaaf Rabbiin Qur'aanatti..

{ولا يذكرون الله إلا قليلا}

{Xiqqo malee waa Rabbi hin yaadatan} jedhee isaan saaxile. Rabbi yaadadhaa! Gabrichi gooftaa isaa yaadachuun, ajaja gooftaa isaatiif mataa laafuun faaya. Subhaana-Llaah! Wal-hamduli-Llaah! Walaa Ilaaha illa-Llaah! Wallaahu'akbar.

Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaa
Yooyyaa Bilisummaan Dhihoo Jirtii!!

Qabsaa'onni Oromoo Dheebuu Bilisummaa Male, Bolola Angoo Hin Qaban Akkuma Obboleessi Keenya Jawaar mohammad Jadheetti Qabsoo Galmaan geenye Dheebuu Bilisummaa Kana baana!!

Waliif Dabarsaa!!
T.me/Jaal_Marroo_Dirribaa
T.me/Jaal_Marroo_Dirribaa