Dawaa Qalbii
9.14K subscribers
2.06K photos
37 videos
32 files
2.79K links
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓

@Rabbiiftai
Download Telegram
Forwarded from Quwwatulislaam_promotion
{ Sammuu kee madaali📲
{Evaluate your mind}
🙏As wr wb🙏
Kabajamtoota hordoftoota chaanala @quwwatulislaam Rabbii asiin nu gahe @Alhamdulillah jedhaamee🎤🎤🎤🎤
👍Akkuma beekkamu chanalli keenna chaanala sagantaalee mimmiidhagoo fi babbareedoo ta'an isiniif dhiyeessaa jiruudha.
👍sanirraa Marsaa 11f sagantaa wal-dorgommii isiniif qopheessuun ni yaadatama.
👍Amma immoo marsaa 12ffaa isiniif qopheessuudhaaf qophii hunda xumuree jirra.
👍yoo rabbi fedhe Marsaa kana irratti haala hoo'aa fi midhagaa ta'een kan gaggeessinuudha.
Wal-dorgommiin keenya Beekaa fi barataas balance godhuudhaan kan gaggeessuudha.
Kaayyoon nuti barnoonni akka Qophaayu yaanneef wallaalaan keenna baratee waan barateen sammuu ufii haa madaaluufi!
Akkasuma beekaan keenna haa yaadatuufi.
Barnoonni wal-dorgommii guyyaa boruu/harbaa irraa jalqabee hanga jum'aatti kan isiniif maxxanfamuudha.
🎁warroota barnoota hordofuudhaan qabxii olaanaa fidan kan badhaasnu ta'a. 🎁🎁🎁
➡️oromoon wayta mammaaku"itti himan malee itti hin hidhan" jedha.
💐kanaaf yaa obboleewwan koo carraan akkanaa kuni akka isin hin dabarre.Abbaa carraa ta'aa🎁🎁🎁
🎤dhaamsi kiyya inni guddaan warroonni chaanala @quwwatulislaam hordofaa jirtan qaamaa qalbii teessaniin faana bu'aatii hordofaa..
🎤obboleewwan keessanis gama chaanala kanaatti Affeeraa
🙏yaa obboleewwan koo carraan akkanaa kuni akka isin hin dabarre !
✏️Sammuu teessan madaalaa🙏
🔵Akkasumas warroonni chaanala kana join hin godhatin join godhadhaatii Abbaa carraa ta'aa.
Warroonni Wal-dorgommii kana irratti hirmaachuu barbaaddan link/promo armaan gadii keessaa kan barbaaddan tuquudhaan chaalaalaquwwatulislaam Join godhadhaatii irraa fayyadamaa ta'aa!
🎤join our channel
🥉🥉🥉🎁🎁🎁🎁
👇👇👇👇👇
@Quwwatulislaam
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam
🥀🥀🥀Galatoomaa💐💐💐
#𝚈𝙴𝚁𝙾𝙾_𝙺𝙴𝙴

🧭Yeroo miidhuun du'a caalaa nama miidha;

➾Duuti Duniyaa fi warra duniyaa irraa si fageessiti.
Yeroo kee miidhuun immoo Rabbii fi ganda Aakiraa irraa si fageessiti.
#Ibnul_Qayyim irraa
Join👉@tafak_or
@tafak_or
Forwarded from Quwwatulislaam_promotion
As wr wb
Beekisa Poster
📶Kabajamtootaaf jaalatamtoota Obboleewwan Kiyya Muslimaa Warroonni Abbaa carraa ta'uu barbaaddan Sagantaan wal-dorgommii Bifa Ajaa'ibaatiin chaanaala quwwatulislaam irratti Guyyoota 15n Guyyaa Sanbataa Asraa booda Sa'aatii 11pm irratti Miseensota chaanaalatiif Sagantaan Wal-dorgommii kan Gaggeeffamuudha.
📶Akkasumas Warroonni Warroonni wal-dorgommicha irratti Hirmaachuudhaan Qabxii olaanaa Galmeessan Kan Badhaafamaniidha.
🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉
1⃣Sadarkaa 1ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 25🎁
2⃣Sad. 2ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 20
3⃣Sad.3ffaa kan bahee kaardii Abbaa 15
4⃣ sad 4ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 10
5⃣Sad.5ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 05
📶Badhaasni Isaanii Kan Armaan Olii kana fakkaata.
Kanaaf Warroonni Wal-dorgommii irratti hirmaachuudhaan Abbaa carraa ta'uu barbaaddan
Chaalaala @quwwatulislaam Ammuma join godhadhaa
👇👇👇👇👇🎁🎁🎁🎁🎁
@Quwwatulislaam
@Quwwatulislaam
@Quwwatulislaam
القبر باب كل الناس داخل
QABRIIN BALBALA ILMI NAMAA HUNDUU SEENU
🌴Gandi Duniyaa Ganda Jalqabni Isii Booyichaa , Walakkaan Isii Ciinqaa Xummurri Isii Dhabamiinsaati .
🛎Duniyaa Keessatti Hanga Feetes Turtu Ni Dhabamta , Hanga Feetes Guddattu Ni Dhokatta , Hanga Feetes Gabbattu Ni Nyaatamta .
Duniyaan Ganda Itti Jiruu Aakiraa Itti Dalagatan .
Duniyaan Ganda Jiruu Aakiraatiif Keessa Dabran .
Duniyaan Ganda Dalagaati Aakiraan Ganda Galataati .

🌴Namni Duniyaa Keessatti Rakkatus , Qananiin Jiraatus Xummurri Ilma Namaa Hunduu Qabrima .
Qabriin Balbala Ilmi Namaa Hunduu Irra Dhufuun Isaa Hin Hafneedha .
لماذا نتكلم عن الموت
📝Waa’ee Du’aa Maaliif Dubbanna ?!
لأن كل مخلوق يموت ، ولا يبقى إلا ذو العزة والجبروت ، والليل مهما طال فلا بد من طلوع الفجر ، العمر مهما طال فلا بد من لزوم القبر ، فإذا حملت الى القبور جنازة فاعلم بأنك بعدها محمول .

🌛Waa’ee Du’aa Wanni Nu Dubbachiise , Wanti Rabbiin Uume Hunduu Ni Du’a , Rabbi Uumamtoota Argamsiise Qofatu Jiraataa Dha .
🌓Halkan Hanga Fedhes Turu Bari’uun Isaa Hin Oolamu ,
💪🏾 Umriin Ilma Namaas Hanga Fedhes Dheeratu Qabrii Seenuun Isaa Hin Oolamu .
Ati Gara Qabrii Nama Du’e Yoo Baatte .. Boru Situ Gara Qabrii Baatamaa Beeki !

الإنسان بضعة ايام كل ما انقضا يوم انقضا بضع منه ، إذا فأنت زمن ، أو رأس مالك هو الزمن ، لذا أقسم الله بالزمن ( والعصر إن الإنسان لفي خسر اي خاسر ، فال سائل لما الخسارة يا الله قال : لأن مضيع زمنه وحده يستهلكه إذا فأنت زمن ،
🌔 Ilmi Namaa Cittu Guyyaa Irraa Taate , Hunda Yeroo Guyyaan Tokko Darbuu Umriin Kee Dhumaa Deemaa , Kanaaf Ati Guyyaa Dha Jedhame.
Kanaaf irra caalaan wanti ati handhuurfattuu yeroo dha . kanaaf rabbiin yeroodhaan kakate
( والعصر إن الإنسان لفي خسر اي خاسر )
yeroon irra guddaa qabeenya ati handhuurfattuuti .

Yeroo kee hin balleessin umrii kee balleessutti jirta .
sagantaa itti aanu keessatti Nu eeggadhaa
@Sammaan
የ12ኛ ክፍል ተፈታኞች ኦረንቴሽን❗️

የተፈታኞች መብት

ማንኛውም ተፈታኝ ስለፈተና አሰጣጡ በቂ ገለፃ የማግኘት መብት አለው::

አይነስውር ተፈታኞች እንደጉዳቱ ሁኔታ የፈተናውን ጥያቄዎች የሚያነብለትና የሚሰጣቸውን መልሶች የሚያጠቁርለት ፈታኝ ለብቻው እንዲመደብለት የማድረግ መብት አለው፣

አንድ ተፈታኝ በፈተና ላይ እያለ የጤና መታወክ ወይም ፈተናውን እንዳይሠራ የሚያውኩ ሁኔታዎች ቢገጥመው ችግሩን ለፈታኙ በመግለፅ እርዳታ ማግኘት ይችላል፡፡

⚠️በማንኛውም ምክንያት ለባከነው ጊዜ ተጨማሪ ሰዓት አይፈቀድለትም፣

በወሊድ ምክንያት በተመዘገበችበት ፈተና ጣቢያ ተገኝታ ፈተና መውሰድ ያልቻለች ተፈታኝ ህጋዊ ማስረጃ እስካቀረበች ድረስ በሌላ ቅርብ የፈተና ጣቢያ ፈተናው እንዲሰጣት መጠየቅ ትችላለች፣

የተፈታኞች ግዴታ

ማንኛውም ተፈታኝ ስለፈተና አሰጣጥ በሚሰጠው ገለፃ መሰረት (ምሳሌ በተለመደው አሰራር በወራቀትግዴታ ወይም በኮሚፒዩተር) መሆኑን በመረዳት ራሱን ለፈተናው ዝግጁ ማድረግ ይገባዋል፣

ወደ ፈተና መስጫ ግቢ እና መፈተኛ ክፍል ለመግባት የመግቢያ ካርድ እና የፅህፈት መሳሪያዎች መያዝ ይገባል፣

⚠️ሆኖም ይዞ ለመግባት ከተፈቀዱት ውጪ ኤሌክትሮኒክስ መሳሪያዎችን እና ሌሎች ያልተፈቀዱ ነገሮችን ይዞ መግባት አይፈቀድም፣

❇️ፈተና በሚሰጥበት የመጀመሪያ ቀን ፈተናው ከሚጀመርበት ጊዜ አንድ ሰዓት ቀደም ብሎ እንዲሁም በሌሎች ቀናት እንደጣቢያ ኃላፊው ትዕዛዝ መሰረት በፈተና ጣቢያ መገኘት ይኖርበታል፣

⚠️ፈተናው ከተጀመረ ከ 30 ደቂቃ በኋላ ወደ ፈተና ክፍል መግባት፣ ፈተናው ተጀምሮ 45 ደቂቃ ሳይሟላ መውጣት እንዲሁም ፈተናው ሊጠናቀቅ 30 ደቂቃ ሲቀረው መውጣት አይፈቀድም፣

❇️ከላይ የተገለፀው እንደተጠበቀ ሆኖ ከፈተና ክፍል ለመውጣት የፈለገ ተፈታኝ የመልስ ወረቀት እና ሌለ አስፈላጊ ነገር ለፈታኙ አስረክቦ መውጣት አለበት፣

⚠️ማንኛውም ተፈታኝ ፈተና ከሚሰጥበት ቀን ቀድሞ ህገዊ ማረጃ ሳያቀርብ ከተመደበበት ፈተና ጣቢያ ውጭ በመገኘት ፈተናው መፈተን አይችልም፣

⚠️ማንኛውም ተፈታኝ በፈተና አሰጣጥ ገለፃ ወቅት የሚተላለፉ መልዕክቶችን እና ትዕዛዞችን ባለማክበር ምክንያት የፈተና ደንብ መተላለፍ ፈፅሞ ሲገኝ የቅጣት ውሳኔ ይተላለፍበታል፣ ለዚህም ኃላፊነቱን ራሱ ይወስዳል፣

ለተፈታኞች የተከለከለ

🚫የግል ስልክ (Mobile phone)፣ ታብሌት፣ የጆሮ ማዳመጫ (earphone) እና ማንኛውም ኤሌክትሮኒክስ እቃዎች

🚫የእጅ ሰአት
ማንኛውም የግል ጽዳት ማስጠበቂያ ሆነ ማስዋቢያ ቁሳቁስ

🚫ማንኛውም ዕቃ ለመያዣነት የሚያገለግል ቦርሳ/እቃም የያዘ ቦርሳ

🚫ማንኛውም ስለት ነክ ነገርና ብረት

🚫ማንኛውም ወረቀት፣ እስክሪፕቶ፣ ሶፍት ኮፍያ ፣ ሻሽ ፣ ስካርቭ (ሀይማኖት የሚያስገድደውን ሳይጨምር) ፣ መነጽር (በጤና እክል የተፈቀደን አይመለከትም)

🚫ከዩኒፎርም ውጪ ልብስ የለበሰ (የት/ቤት ዩኒፎርም መልበስ የግድ ነው )

🚫ማንኛውም የታሸገም ሆነ ያልታሸገ ምግብ እና ውሃና ለስላሳ መጠጦች ይዞ መምጣት አይቻልም።

#grade12_orientation
@Free_Education_Ethiopia
Stay Safe!
Forwarded from ️JBMAR (Sammaan Seman)
📜 Sunnaawwan jaallatamoo guyyaa jum'aa...15


➊➾Jalqaba rabbumaaf jecha jum'aa kana dhaqa jedhanii niyyachuu.
➋➾Qaama dhiqachuu.

➌➾ uffata bareeda uffatuu 👖

➍➾Shittoo/urgooftuu dibachuu{dhiiraaf}

➎➾ilkaan siwaakachuu.
➏➾Gara masjidaa yeroodhaan deemuu.
➐➾saffaawwan duraa qabachuu. Garuu nama irraan tarkanfachuufi nama cinquun hin ta'u.
➑➾raka'a lamaa tahiyyaa masjida salaatuu.

➒➾suuratul kahfiin qara'uu.
➊⓿➾ fuulaan gara imaamaa garagaluu.
➊➊➾kuxbaa callisaan dhaggeeffachuu.
➊➋➾Yeroo du'aa'iin itti qeebalmtu sana niyyaan eegachuu.
➊➌➾ salawaata nabiin irratti baay'essu guyyaaf halkanis.
➊➍➾ibaadaawwan akka sadaqaa,salaata sunnaa,zikrii,wal ziyaaruu, qur'aana qara'uu baay'isuu fi k.k.f.
➊➎➾salaanni jum'aa erga xumuuramee booda rabbiin zakkara gara dalagaa deemuu.


#⃣ rabbiin hundaa walitti nuu haa qabu
T.me/Sammaan
Qormaata kutaa 12ffaa Onkololeessa 29 hanga Sadaasa 2 ni laatama!

Qormaata kutaa 12ffaa kan bara 2013 Onkololeessa 29 hanga Sadaasa 02 bara 2014 ALH akka laatamu Eejensiin Madaallii Barnoota fi Qormaata Biyyaaleessaa beeksise.

Daayirektarri Olaanaa Eejensicha Dr Dilaamoo Otoree ibsa kennaniin barattoota kuma 600 ol qormaata kana akka fudhatan beeksisaniiru.
Rabbiin isin haa milkeeysu gaa
Join👇👇👇
@Sammaan
Forwarded from ️JBMAR (Ìşşãã Ýųųśůf)
#Grade12 #NEAE

Eejensiin Madaallii qormaataa fi Barnootaa Biyyaleessa guyyaa har'a haal duree qophii qorumsaa kutaa 12ffaa bara 2013 fi haala waliigalaa qorumsicha ilaalchisee midiyaaleef ibsa ni keenna.

Qorumsii barattootaa kutaa 12ffaa kan bara 2013 Onkolooleessaa 29/2014 hanga Sadaasa 02/2014tti akka keennamuufi murtaa’uun ni yaadatama.

Haala waliigalaa qorumsicha ilaalchisee Eejensiin Madaallii Barnoota fi Qormaata Biyyaalessaa Sanbataa har'a Onkolooleessaa 27/2014 waaree booda sa'aatii 8:00 irratti ibsaa ni keenna jedhamera.

@Arsirobej
Forwarded from ️JBMAR (Ìşşãã Ýųųśůf)
Qormaata biyyoolessaa kutaa 12 bara 2013/14 sagantaa haala gadii kanaan
(Grade 12 Schedule)

Onkololeessa 29(wiixata)
WD...... English 2:30-4:30
WB.......Maths 8:00-11:00

Onkololeessa 30(kibxata)
WD..... Aptitude 2:30-4:30
WB.......phy or Geo 8:00-11:00

Sadaasa 1(roobii)
WD.. Bio or history 2:30-4:30
WB....... chemistry 8:00-11:00

sadaasa 2 (Kamisa)
WD...... Civics 2:30-4:30

⚠️EDIT: economics hin jiru

#WD~>Waaree Dura (ganama)
#WB~>Waaree booda

JBMAR Qormaata gaarii akka isiniif ta'u hawwa .
Murtiin hundinuu Rabbiin harka jirti ilmi namaa sababa geessa malee kanaafuu hariiroo siif Rabbii kee Jidduu jiru jabeeffadhu.
Hin muddamin tasgabbaayi bakka yaadden akka Rabbiin siin gahuuf kadhaa isaa,ibaadaa isaa jabeeffadhu.
T.me/Sammaan
Forwarded from Free Education Ethiopia ︎ (π)
ነገ የ12ኛ ክፍል ሃገር አቀፍ ፈተና ለምትጀምሩ ተማሪዎች መልካም ፈተና ይሁንላችሁ!!

Good luck with your exams!
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀

#positive_mind #positive_vibes
@Free_Education_Ethiopia
Stay Safe!
Barattoota Qormaata Kutaa 12ffaa Fudhattan Hundumaaf!

Rabbiin Isin Wajjiin Haa Ta'u. Waan Isin Dagattan Isin Haa Yaadachiisu. Qalama Keessan Keessa Barakaa Haa Kaa'u. Harki Keessan Deebii Malee Hin Barreessin. Dogongora Irraa Isin Haa Tiksu. Qalbii Teessanis Gad Haa Dhaabu. Firii Gaarii Kan Argattan Isin Haa Taasisu.

Dhaamsa: Qalbii Keessan Rifaatuu Garagaraa(Tension) Irraa Qulqulleessaa. Gara Qormaataa Deemuun Dura Zikrii Akkasumas Qur'aana Qara'aatiin, Maatii Keessan Irraas Eebba Fudhadhaatiin Bahaa. Cinatti Rabbiin Qofarratti Irkadhaa.
Jabaadhu Ni dandeetta.
@Sammaan
Forwarded from Quwwatulislaam_promotion
As wr wb
Beekisa Poster
📶Kabajamtootaaf jaalatamtoota Obboleewwan Kiyya Muslimaa Warroonni Abbaa carraa ta'uu barbaaddan Sagantaan wal-dorgommii Bifa Ajaa'ibaatiin chaanaala quwwatulislaam irratti Guyyoota 15n Guyyaa Sanbataa Asraa booda Sa'aatii 11pm irratti Miseensota chaanaalatiif Sagantaan Wal-dorgommii kan Gaggeeffamuudha.
📶Akkasumas Warroonni Warroonni wal-dorgommicha irratti Hirmaachuudhaan Qabxii olaanaa Galmeessan Kan Badhaafamaniidha.
🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉
1⃣Sadarkaa 1ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 25🎁
2⃣Sad. 2ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 20
3⃣Sad.3ffaa kan bahee kaardii Abbaa 15
4⃣ sad 4ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 10
5⃣Sad.5ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 05
📶Badhaasni Isaanii Kan Armaan Olii kana fakkaata.
Kanaaf Warroonni Wal-dorgommii irratti hirmaachuudhaan Abbaa carraa ta'uu barbaaddan
Chaalaala @quwwatulislaam Ammuma join godhadhaa
👇👇👇👇👇🎁🎁🎁🎁🎁
@Quwwatulislaam
@Quwwatulislaam
@Quwwatulislaam
Baga nagayaan xumurtan kan milkii fi Gammachuu hundaafuu haa tahu qormaanni kutaa 12ffaa
Deebinee jirra
Forwarded from Seenaa Jimjimoo (FREE JAWAR)
Namni haqaf hidhamee hafe achitti hin hafu. Dhugaan awwaalamtee har'aaf jalaa oolti malee guyyaan irraa ooluutu ni dhufaa!🙏
Forwarded from Free Education Ethiopia ︎ (π)
'' ፈተናውም በማንም፤ በምንም፤ በየትም አልተሰረቀም '' - ፕ/ር ብርሃኑ ነጋ

የትምህርት ሚኒስትሩ ር ፕሮፌሰር ብርሃኑ ነጋ ዛሬ መሰጠት የተጀመረው የ2013 ዓ/ም የ12ኛ ክፍል ሀገር አቀፍ ፈተና የመጀመሪያ ቀንን አስመልክቶ መግለጫ ሰጥተዋል።

ቲክቫህ መግለጫውን ተከታትሏል።

የትምህርት ሚኒስትሩ ፕ/ር ብርሃኑ በመግለጫቸው ከሞላ ጎደል ፈተናው በሰላማዊ መንገድ መከናወኑን ገልጸዋል። ''ፈተናውም በማንም በምንም በየትም አልተሰረቀም'' ሲሉ ገልጸዋል።

በዛሬው ዕለት 2 ተማሪዎች በኦሮሚያ ክልል 2 ተማሪዎች በደቡብ ክልል በስልካቸው ፎቶ አንስተው ''ኤሌክትሮኒክ ኩረጃ'' ሊፈጽሙ ሲሉ መያዛቸውን ጠቅሰዋል።

ተማሪዎቹ ፈተና ክፍል ከገቡ በኋላ ፈተናውን በፎቶ አንስተው ሲላላኩ መያዛቸው ነው የተጠቀሰው። ይህም ተማሪዎች ለፈተና ከገቡ በኋላ የተለቀቀ በመሆኑ ፈተናው ተሰርቋል ሊባል አይችልም ተብሏል።

ፈተናው በሰላማዊ መንገድ እንዲካሄድ ከፌደራል ጀምሮ እስከታች ባሉ የኮማንድ ፖስቱ አባላት ያደረጉት አስተዋጽኦ የተሻለ መሆኑን ጠቅሰዋል። በሚቀጥሉት ሦስት ቀናትም ትብብሩ እንዲቀጥል ጥሪ አቅርበዋል።

ዛሬ በተሰጠው መግለጫ ተማሪዎች የሞባይል፣ የስማርት ሰዓትም ሆነ ሌሎች ዲጂታል ኤሌክትሪክ መሳሪያዎችን ይዞ መገኘት እንደማይፈቀድ አጽንኦት ተሰጥቶ ተገልጿል።

@Free_Education_Ethiopia
Stay Safe!