Dawaa Qalbii
9.14K subscribers
2.06K photos
37 videos
32 files
2.79K links
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓

@Rabbiiftai
Download Telegram
#KFO

Yaada marii waliigaltee mootummaa paartiin aangoorra jiru dhiyesse ilaalchisee Kongireesii Federaalawaa Oromoo (KFO) ibsa baaseen marii biyyaaleessaa godhamuuf karoorfame irratti qaamolee hidhatan hirmaachisu akka qabu hubachiise. Akkasumas 'hidhamtoonni siyaasaa' hidhaarra hiikamanii marii kana keessatti akka hirmaatan eeyyamamu qaba jedheera.

Haal-dureewwan KFOn kaa'ee:

1⃣ Waraanni hatattamaan dhaabbatee mariin biyyaalessaa hunda haammate akka godhamu

2⃣ Marichi qaamoota hawaasa idil addunyaatiin beekamtiifi deeggarsi kennameefiin akkasumas bilisaafi amanamoo ta’anii garee kamiifu hin loogne, kanneen hunda biratti fudhatama qabaniin akka hogganamu

3⃣ Mariin biyyaalessaa kun garee mormitoota hidhannoon socho’an dabalatee dhaabbilee siyaasaa hunda haqaan kan hirmaachisu akka ta’u

4⃣ Hidhamtootni siyaasaa hundinuu hiikamanii hirmaattota marichaa akka ta’an Gaafate

@Sammaan
Forwarded from Quwwatulislaam_promotion
🕌Assalaamu Alaykum warhmatullaahi Wabarakaatuh🤝
📚Kabajamtootaaf jaalatamtoota Hawaasa Muslimaa Barnoonni Seenaa Barachuun Baay'ee Barbaachisaadha.
📓Kanaaf Warroonni seenaa Nabiyyootaa barachuu barbaaddan link/promotion Armaan gadii kana keessaa kan isinitti tole tuquudhaan chaanaala @quwwatulislaam Ammuma Join godhadhaatii irraa fayyadamaa!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
#Ammee
Lola Kaaba Itiyoophiyaatti gaggeeffamaa jiruun waraanni hedduun madaayuun hospitaala Kamisee guutanii jiraachuu beekame!

Humnootiin waraanaa raayyaa ittisa biyyaa Hospitaala kamisee madoo qofti baasii(bus)torba wal irratti fe’amanii guuramaa jiraachuu odeessi nu qaqqabe ni argisiisa.
Akka maddeen naannichaa jedhanitti waraanai raayyaa ittisa biyyaa dabalatee loltootni hedduun humnoota waraanaa tplf waliin wal waraanaa turan Madoon hospitaala kamisee har'a seene lakkofsaan dabalaa kan jiruu fi .Dhukkubsataa kamiyyuu hospitaala,keessaa gadi ari'anii madoo karaa Dasee dhufe cibsaa jiraachuu maddeen naannichaa Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromootti himaniiru.


https://t.me/Sammaan
Forwarded from ️JBMAR (Bilal Muktar)
☆As wr wb☆
BEEKSISA
JAMA'AA BARATTOOTA MUSLIMAA ARSII ROBE
Jam'aan keenya onk 14/2014 irraa eegalee sagantaalee idilee fi hojiilee jam'aan hojjatu hunda hojjachuuf hamilee guutun hojiitti seenee jira. Haaluma kanaan akkaatuma baratamaa ta'een barattoota keenna cinaa dhaabbachuun rakkoo barattoota keenna muudatan furuuf tattaaffii cimaa gochaa jira.haaluma kanaan Barattoonni keenna gama barnoota Amantii fi Akkadaamitiin akka cimaniif:-
☆kitaabban amantii afaan garagaraatin qophaahan haaraa heddu.
☆Kitaaba barnoota akkaadaamii maxxansa haaraa kutaa 9-12 akkasumas 'exam book' kanneen qormaata biyyoolessaa bara 1998-2012/13 of keessaa qaban hedduu
☆akkasumas sagantaa da'awaa,gaafii fatwaa, gaafii fi deebii kan barnoota lamaani, sagantaa nashiidaalee ajaa'ibaa, kan nama barsiisu, kan nama booharsu fi kan mata duree garagaraa irratti qophaaye kan obboleessa keenna barataa A/Majiid She A/Maalikin qophaahee torbee torbeen kan dhiyaatu fi kannen biroo,akkasumas gama aartii diraama fi walaloo garagaraatin barattoonni keenna dandeetti osoo qabanii dandeetti isaanii dhoksaa turan amma haala namatti toluun tarree qabatanii sagantaa eeggataa jiru.fi kkf hedduu qabatee bifa hawataa fi barsiisaa ta'een isin simatuuf balbala isaa banee jira.
Gama biraatin haala baratamaa hin taanen barattoota keenna kan uffata seeraa (uniform) bitachuu hin dandeennef qopheesse jira. asitti wanti nuuf akka hubatamu barbaannu jam'aan keenya madda galii homaatu hin qabu. Haa ta'u malee tooftaalee garagaraa fayyadamuun miseensuma barattoota isaatirraa kan barumsa asii xumuran irraa walitti sassaabun barattoota keenna kan humna hin qabneef gumaachuu barbaada. Yoo nuti wal qarqaarre rabbis irratti nu qarqaara waan ta'eef wal bira haa dhaabbannu isiniin jenna yaa obboleeyyan keenya. Haaluma kanaan barattoonni uniform hin qabne har'a guyyaa 16/02/2014 irraa eegaltanii dhuftanii akka fudhattan isin beeksifna. Waan dandeennun Jam'aas haa cimsinu, irraayis haa fayyadamnu isiniin jenna. yaada fi gaafii yoo qabaattan karaa guruuppii @barnootagamlachuu jedhu fayyadamaa walittillee himaa galatoomaa!
As wr wb
@Arsirobej
Filisxeen Magaalaa Gaazaa 'tti barattoota Hifzii Qur'aanaa baayyinni isaanii kuma tokko (1000) ta'aniif sirni eebbaa guyyaa har'aa bifa ho'aa taa'een geggeeffamee jira.
#Palestine
Maddi Al Arabi21
@Sammaan
Forwarded from Quwwatulislaam_promotion
As wr wb
📚Yaa obboleewwan koo Barnoota diinii barachuun hunda keenna irrattuu dirqama.
📪Kanaafuu Gosa barnootaa barachuu barbaaddan tuquudhaan chaalaala @quwwatulislaam Join godhadhaatii irraa fayyadamaa ta'aa 📘📘📘📗📗📗📗📗📗📗📗
#WALIIN_JIREENYA
Jiruu fi jireenya kee keessatti

Haala fokkotaa keessa wayta jirtutti, waan dubbachuu hin qabne jechi fokkataan afaanii sin bahin.
Maalif seete.. Haala keessa jirtu jijjiiruu ni dandeessa, jechi garuu takka afaanii si bahe taanaan.. Khalaas.
Akkuma Humni firii kirbiitaa yoo laalan homaa namatti hin fakkaanne humni takkattiin suni yeroo bahetti waan baay'ee balleessuu danda'u sani.
By Hamza H/ Alo Aman
🌹🌷 Join 🌹🌷
@waislaama1
@waislaama1
@waislaama1
Qormaanni seensa Yuunvarsiitii kutaa 12ffaa bara 2013 Onkololeessa 29 irraa eegalee ni laatama jedhame

Naannoo Oromiyaatti barattoota kuma dhibba 2 fi kumni 61 oliif qormataa seensa yuunvarsiitii kutaa 12ffaa laachuuf qophiin xumuramuu Biiroon Barnootaa naannichaa ibseera.

Qormaata Seensa Yuunvarsiitii kutaa 12ffaa Bara 2013 Onkoloolessa 29 hanga Sadaasa 2, 2014 kan keennamu tahuus Biiroon Barnoota Fedraalaa ibse
👇👇👇👇👇
Dubbisi Dubbisi Rabbiin kadhu
Wanti hundu duruma kitaaba keessatti siif galmaahe!

Namoonni hedduun wantoota barbaadan fi hawwan argachuuf hedduu ifaaju. Wareegama yeroo, qabeenyaa, akkasumas hamma lubbuu ofiitis ni kaffalu. Kaayyoo keenya bira gahuuf tattaafachuun akkuma jirutti tahee, garuu wanta hundi keenya hubachuu qabnutu jira.

Wanti Rabbiin siif murteesse, yoomiyyuu sijala hin miliqu; tattaaffiin kee sababa ta'a malee wantichi jalqabumayyuu keetuma!!
Otoo ati nama taatee gara biyya duniyaa kana hin dhufin siif murtaa'e waan ta'eef!

Faallaa kanaatiin immoo wanti jalqaba siif hin murtaa'in, ati hammam hawwitus, dhamaatus, tattaafattus, Ittis wareegamtu kee tahuu hin danda'u. Sababni isaa jalqabumaa kee tahee hin uumamne.

Rabbiin-Subhaanahu wata'aalaa-qur'aana isaa keessatti akkana jedha:

مَآ أَصَابَ مِن مُّصِيبَةٍ فِى ٱلْأَرْضِ وَلَا فِىٓ أَنفُسِكُمْ إِلَّا فِى كِتَٰبٍ مِّن قَبْلِ أَن نَّبْرَأَهَآۚ إِنَّ ذَٰلِكَ عَلَى ٱللَّهِ يَسِيرٌ (٢٢)

"Rakkoo irraa wanti dachiifi lubbuu keessan keessatti isin tuqe kamillee, odoo ishii hin uumin dura kitaaba keessatti galmeessinu malee hin hafu; Dhugumatti, kun Rabbi irratti laafaadha."

لِّكَيْلَا تَأْسَوْا۟ عَلَىٰ مَا فَاتَكُمْ وَلَا تَفْرَحُوا۟ بِمَآ ءَاتَىٰكُمْۗ وَٱللَّهُ لَا يُحِبُّ كُلَّ مُخْتَالٍ فَخُورٍ (٢٣)

"Akka waan isin jalaa dabre irratti hin yaaddofneefi waan (Rabbiin) isiniif kennettis (garmalee) akka hin gammadneefi (kana godhe); Rabbiin nama boonaa, dhaaddataa hunda hin jaallatu"

Kanaafuu waan hawwite argachuuf sababa geessi, garuu Rabbi irratti hirkadhu. Dhabdus hin gaddin. Waan argatteefis Rabbii jalqabuma siif murteeyseef galata galchi; dandeettii keetiin osoo hin taane fedha isaatiin waan ta'eef!!

Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaa
☆ as wr wb ☆
🧥DIDEA UNIFORM👖
Akkuma beeksisa duraa keessatti ibsame JAM'AAN keenya barattoota uniform bitachuu hin dandeenyef bira dhaabbachuu barbaada. Haaluma sanaan barattoota gaafatan keessaa barataa 3f gumaachee jira. Haa ta'u malee hanqina uniform gurraacha qabna. Barattoonni uniform gurraacha qabdan kan qophaayinaa(kan gubbaan cuquliisa ) yoo barbaaddan dhuftanii akka nuuf jijjiirtan barbaanna. Yaa obboleeyyan muslimaa rakkinni lafa duniyaa ni dabarti wal qarqaarree Aakiraaf haa haa ol kaayannu. Hawaasni keenya Kan channel kana jala jirtan barataas ta'ee kan hin baranne Jam'aan barattoota kun qarqaarsa barbaada. Yaadaanis ta'ee qarshiin waan dandeennun bira haa dhaabbannu.
Barattoonni uniform barbaaddan keessan nu qunnamaa. Sagantaan idilee jam'aa boru Sunday salaata asrii irraa Masjida Imaamu Shaafi'tti ni gaggeeffama. barattoota kutaa 9ffaa haaraa dhufaniifis simannaan ni godhamaaf waan ta'eef walitti himaa yeroon argamaa galatoomaa. As wr wb
Yaada fi gaafii @barnootagamlachuu
#Seerota_Jiruu
#قواعد_للحياة

‏"قواعد الحياة السبع
Salaata eegaluun duratti....Amani.
Dubbii eegaluun/haasa’uun duratti...., dhaggeeffadhu.
Murtee kennuun duratti....., dursa addaan baafadhu.
Barreessuun duratti...., yaada kee bilcheeffadhu.
Baastee kennuun duratti...., dalagii kuufadhu.
Gattee biraa kutuun duratti...., Yaaladhu(Reeffa firaa 7 garagalchan waan taateef).
Osoo duuti sin dhaqqabneen duratti....jiraadhu jedhama.

Join👉@tafak_or
@Sammaan
Forwarded from Quwwatulislaam_promotion
🕌Assalaamu Alaykum warhmatullaahi Wabarakaatuh🤝
📚Kabajamtootaaf jaalatamtoota Hawaasa Muslimaa Barnoonni Seenaa Barachuun Baay'ee Barbaachisaadha.
📓Kanaaf Warroonni seenaa Nabiyyootaa barachuu barbaaddan link/promotion Armaan gadii kana keessaa kan isinitti tole tuquudhaan chaanaala @quwwatulislaam Ammuma Join godhadhaatii irraa fayyadamaa!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Kana beektu laata?

• Dandeettin gahuumsan yaaduu sammuu dhala nama herregaa CPU kompiyuutaraatiin yoo madalamuu saffisaa 30000 Ghz ol qaba.

• Namni tokko daqiiqaa keessatti giddugaleessan al 20 ija ni libsata. Haata'uu malee namni tokko yeroo kompiyuutaraa fayyadamuu daqiiqaatti al 7 qofa ija isaa libsata.

* Dhugaawwan dinqisiisoo teekinoolojii muraasa qindeessineera.


@Sammaan
Forwarded from Quwwatulislaam_promotion
🕌Assalaamu Alaykum warhmatullaahi Wabarakaatuh🤝
📚Kabajamtootaaf jaalatamtoota Hawaasa Muslimaa Barnoonni Seenaa Barachuun Baay'ee Barbaachisaadha.
📓Kanaaf Warroonni seenaa Nabiyyootaa barachuu barbaaddan link/promotion Armaan gadii kana keessaa kan isinitti tole tuquudhaan chaanaala @quwwatulislaam Ammuma Join godhadhaatii irraa fayyadamaa!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Forwarded from Quwwatulislaam_promotion
{ Sammuu kee madaali📲
{Evaluate your mind}
🙏As wr wb🙏
Kabajamtoota hordoftoota chaanala @quwwatulislaam Rabbii asiin nu gahe @Alhamdulillah jedhaamee🎤🎤🎤🎤
👍Akkuma beekkamu chanalli keenna chaanala sagantaalee mimmiidhagoo fi babbareedoo ta'an isiniif dhiyeessaa jiruudha.
👍sanirraa Marsaa 11f sagantaa wal-dorgommii isiniif qopheessuun ni yaadatama.
👍Amma immoo marsaa 12ffaa isiniif qopheessuudhaaf qophii hunda xumuree jirra.
👍yoo rabbi fedhe Marsaa kana irratti haala hoo'aa fi midhagaa ta'een kan gaggeessinuudha.
Wal-dorgommiin keenya Beekaa fi barataas balance godhuudhaan kan gaggeessuudha.
Kaayyoon nuti barnoonni akka Qophaayu yaanneef wallaalaan keenna baratee waan barateen sammuu ufii haa madaaluufi!
Akkasuma beekaan keenna haa yaadatuufi.
Barnoonni wal-dorgommii guyyaa boruu/harbaa irraa jalqabee hanga jum'aatti kan isiniif maxxanfamuudha.
🎁warroota barnoota hordofuudhaan qabxii olaanaa fidan kan badhaasnu ta'a. 🎁🎁🎁
➡️oromoon wayta mammaaku"itti himan malee itti hin hidhan" jedha.
💐kanaaf yaa obboleewwan koo carraan akkanaa kuni akka isin hin dabarre.Abbaa carraa ta'aa🎁🎁🎁
🎤dhaamsi kiyya inni guddaan warroonni chaanala @quwwatulislaam hordofaa jirtan qaamaa qalbii teessaniin faana bu'aatii hordofaa..
🎤obboleewwan keessanis gama chaanala kanaatti Affeeraa
🙏yaa obboleewwan koo carraan akkanaa kuni akka isin hin dabarre !
✏️Sammuu teessan madaalaa🙏
🔵Akkasumas warroonni chaanala kana join hin godhatin join godhadhaatii Abbaa carraa ta'aa.
Warroonni Wal-dorgommii kana irratti hirmaachuu barbaaddan link/promo armaan gadii keessaa kan barbaaddan tuquudhaan chaalaalaquwwatulislaam Join godhadhaatii irraa fayyadamaa ta'aa!
🎤join our channel
🥉🥉🥉🎁🎁🎁🎁
👇👇👇👇👇
@Quwwatulislaam
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam
🥀🥀🥀Galatoomaa💐💐💐
#𝚈𝙴𝚁𝙾𝙾_𝙺𝙴𝙴

🧭Yeroo miidhuun du'a caalaa nama miidha;

➾Duuti Duniyaa fi warra duniyaa irraa si fageessiti.
Yeroo kee miidhuun immoo Rabbii fi ganda Aakiraa irraa si fageessiti.
#Ibnul_Qayyim irraa
Join👉@tafak_or
@tafak_or
Forwarded from Quwwatulislaam_promotion
As wr wb
Beekisa Poster
📶Kabajamtootaaf jaalatamtoota Obboleewwan Kiyya Muslimaa Warroonni Abbaa carraa ta'uu barbaaddan Sagantaan wal-dorgommii Bifa Ajaa'ibaatiin chaanaala quwwatulislaam irratti Guyyoota 15n Guyyaa Sanbataa Asraa booda Sa'aatii 11pm irratti Miseensota chaanaalatiif Sagantaan Wal-dorgommii kan Gaggeeffamuudha.
📶Akkasumas Warroonni Warroonni wal-dorgommicha irratti Hirmaachuudhaan Qabxii olaanaa Galmeessan Kan Badhaafamaniidha.
🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉
1⃣Sadarkaa 1ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 25🎁
2⃣Sad. 2ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 20
3⃣Sad.3ffaa kan bahee kaardii Abbaa 15
4⃣ sad 4ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 10
5⃣Sad.5ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 05
📶Badhaasni Isaanii Kan Armaan Olii kana fakkaata.
Kanaaf Warroonni Wal-dorgommii irratti hirmaachuudhaan Abbaa carraa ta'uu barbaaddan
Chaalaala @quwwatulislaam Ammuma join godhadhaa
👇👇👇👇👇🎁🎁🎁🎁🎁
@Quwwatulislaam
@Quwwatulislaam
@Quwwatulislaam
القبر باب كل الناس داخل
QABRIIN BALBALA ILMI NAMAA HUNDUU SEENU
🌴Gandi Duniyaa Ganda Jalqabni Isii Booyichaa , Walakkaan Isii Ciinqaa Xummurri Isii Dhabamiinsaati .
🛎Duniyaa Keessatti Hanga Feetes Turtu Ni Dhabamta , Hanga Feetes Guddattu Ni Dhokatta , Hanga Feetes Gabbattu Ni Nyaatamta .
Duniyaan Ganda Itti Jiruu Aakiraa Itti Dalagatan .
Duniyaan Ganda Jiruu Aakiraatiif Keessa Dabran .
Duniyaan Ganda Dalagaati Aakiraan Ganda Galataati .

🌴Namni Duniyaa Keessatti Rakkatus , Qananiin Jiraatus Xummurri Ilma Namaa Hunduu Qabrima .
Qabriin Balbala Ilmi Namaa Hunduu Irra Dhufuun Isaa Hin Hafneedha .
لماذا نتكلم عن الموت
📝Waa’ee Du’aa Maaliif Dubbanna ?!
لأن كل مخلوق يموت ، ولا يبقى إلا ذو العزة والجبروت ، والليل مهما طال فلا بد من طلوع الفجر ، العمر مهما طال فلا بد من لزوم القبر ، فإذا حملت الى القبور جنازة فاعلم بأنك بعدها محمول .

🌛Waa’ee Du’aa Wanni Nu Dubbachiise , Wanti Rabbiin Uume Hunduu Ni Du’a , Rabbi Uumamtoota Argamsiise Qofatu Jiraataa Dha .
🌓Halkan Hanga Fedhes Turu Bari’uun Isaa Hin Oolamu ,
💪🏾 Umriin Ilma Namaas Hanga Fedhes Dheeratu Qabrii Seenuun Isaa Hin Oolamu .
Ati Gara Qabrii Nama Du’e Yoo Baatte .. Boru Situ Gara Qabrii Baatamaa Beeki !

الإنسان بضعة ايام كل ما انقضا يوم انقضا بضع منه ، إذا فأنت زمن ، أو رأس مالك هو الزمن ، لذا أقسم الله بالزمن ( والعصر إن الإنسان لفي خسر اي خاسر ، فال سائل لما الخسارة يا الله قال : لأن مضيع زمنه وحده يستهلكه إذا فأنت زمن ،
🌔 Ilmi Namaa Cittu Guyyaa Irraa Taate , Hunda Yeroo Guyyaan Tokko Darbuu Umriin Kee Dhumaa Deemaa , Kanaaf Ati Guyyaa Dha Jedhame.
Kanaaf irra caalaan wanti ati handhuurfattuu yeroo dha . kanaaf rabbiin yeroodhaan kakate
( والعصر إن الإنسان لفي خسر اي خاسر )
yeroon irra guddaa qabeenya ati handhuurfattuuti .

Yeroo kee hin balleessin umrii kee balleessutti jirta .
sagantaa itti aanu keessatti Nu eeggadhaa
@Sammaan
የ12ኛ ክፍል ተፈታኞች ኦረንቴሽን❗️

የተፈታኞች መብት

ማንኛውም ተፈታኝ ስለፈተና አሰጣጡ በቂ ገለፃ የማግኘት መብት አለው::

አይነስውር ተፈታኞች እንደጉዳቱ ሁኔታ የፈተናውን ጥያቄዎች የሚያነብለትና የሚሰጣቸውን መልሶች የሚያጠቁርለት ፈታኝ ለብቻው እንዲመደብለት የማድረግ መብት አለው፣

አንድ ተፈታኝ በፈተና ላይ እያለ የጤና መታወክ ወይም ፈተናውን እንዳይሠራ የሚያውኩ ሁኔታዎች ቢገጥመው ችግሩን ለፈታኙ በመግለፅ እርዳታ ማግኘት ይችላል፡፡

⚠️በማንኛውም ምክንያት ለባከነው ጊዜ ተጨማሪ ሰዓት አይፈቀድለትም፣

በወሊድ ምክንያት በተመዘገበችበት ፈተና ጣቢያ ተገኝታ ፈተና መውሰድ ያልቻለች ተፈታኝ ህጋዊ ማስረጃ እስካቀረበች ድረስ በሌላ ቅርብ የፈተና ጣቢያ ፈተናው እንዲሰጣት መጠየቅ ትችላለች፣

የተፈታኞች ግዴታ

ማንኛውም ተፈታኝ ስለፈተና አሰጣጥ በሚሰጠው ገለፃ መሰረት (ምሳሌ በተለመደው አሰራር በወራቀትግዴታ ወይም በኮሚፒዩተር) መሆኑን በመረዳት ራሱን ለፈተናው ዝግጁ ማድረግ ይገባዋል፣

ወደ ፈተና መስጫ ግቢ እና መፈተኛ ክፍል ለመግባት የመግቢያ ካርድ እና የፅህፈት መሳሪያዎች መያዝ ይገባል፣

⚠️ሆኖም ይዞ ለመግባት ከተፈቀዱት ውጪ ኤሌክትሮኒክስ መሳሪያዎችን እና ሌሎች ያልተፈቀዱ ነገሮችን ይዞ መግባት አይፈቀድም፣

❇️ፈተና በሚሰጥበት የመጀመሪያ ቀን ፈተናው ከሚጀመርበት ጊዜ አንድ ሰዓት ቀደም ብሎ እንዲሁም በሌሎች ቀናት እንደጣቢያ ኃላፊው ትዕዛዝ መሰረት በፈተና ጣቢያ መገኘት ይኖርበታል፣

⚠️ፈተናው ከተጀመረ ከ 30 ደቂቃ በኋላ ወደ ፈተና ክፍል መግባት፣ ፈተናው ተጀምሮ 45 ደቂቃ ሳይሟላ መውጣት እንዲሁም ፈተናው ሊጠናቀቅ 30 ደቂቃ ሲቀረው መውጣት አይፈቀድም፣

❇️ከላይ የተገለፀው እንደተጠበቀ ሆኖ ከፈተና ክፍል ለመውጣት የፈለገ ተፈታኝ የመልስ ወረቀት እና ሌለ አስፈላጊ ነገር ለፈታኙ አስረክቦ መውጣት አለበት፣

⚠️ማንኛውም ተፈታኝ ፈተና ከሚሰጥበት ቀን ቀድሞ ህገዊ ማረጃ ሳያቀርብ ከተመደበበት ፈተና ጣቢያ ውጭ በመገኘት ፈተናው መፈተን አይችልም፣

⚠️ማንኛውም ተፈታኝ በፈተና አሰጣጥ ገለፃ ወቅት የሚተላለፉ መልዕክቶችን እና ትዕዛዞችን ባለማክበር ምክንያት የፈተና ደንብ መተላለፍ ፈፅሞ ሲገኝ የቅጣት ውሳኔ ይተላለፍበታል፣ ለዚህም ኃላፊነቱን ራሱ ይወስዳል፣

ለተፈታኞች የተከለከለ

🚫የግል ስልክ (Mobile phone)፣ ታብሌት፣ የጆሮ ማዳመጫ (earphone) እና ማንኛውም ኤሌክትሮኒክስ እቃዎች

🚫የእጅ ሰአት
ማንኛውም የግል ጽዳት ማስጠበቂያ ሆነ ማስዋቢያ ቁሳቁስ

🚫ማንኛውም ዕቃ ለመያዣነት የሚያገለግል ቦርሳ/እቃም የያዘ ቦርሳ

🚫ማንኛውም ስለት ነክ ነገርና ብረት

🚫ማንኛውም ወረቀት፣ እስክሪፕቶ፣ ሶፍት ኮፍያ ፣ ሻሽ ፣ ስካርቭ (ሀይማኖት የሚያስገድደውን ሳይጨምር) ፣ መነጽር (በጤና እክል የተፈቀደን አይመለከትም)

🚫ከዩኒፎርም ውጪ ልብስ የለበሰ (የት/ቤት ዩኒፎርም መልበስ የግድ ነው )

🚫ማንኛውም የታሸገም ሆነ ያልታሸገ ምግብ እና ውሃና ለስላሳ መጠጦች ይዞ መምጣት አይቻልም።

#grade12_orientation
@Free_Education_Ethiopia
Stay Safe!
Forwarded from ️JBMAR (Sammaan Seman)
📜 Sunnaawwan jaallatamoo guyyaa jum'aa...15


➊➾Jalqaba rabbumaaf jecha jum'aa kana dhaqa jedhanii niyyachuu.
➋➾Qaama dhiqachuu.

➌➾ uffata bareeda uffatuu 👖

➍➾Shittoo/urgooftuu dibachuu{dhiiraaf}

➎➾ilkaan siwaakachuu.
➏➾Gara masjidaa yeroodhaan deemuu.
➐➾saffaawwan duraa qabachuu. Garuu nama irraan tarkanfachuufi nama cinquun hin ta'u.
➑➾raka'a lamaa tahiyyaa masjida salaatuu.

➒➾suuratul kahfiin qara'uu.
➊⓿➾ fuulaan gara imaamaa garagaluu.
➊➊➾kuxbaa callisaan dhaggeeffachuu.
➊➋➾Yeroo du'aa'iin itti qeebalmtu sana niyyaan eegachuu.
➊➌➾ salawaata nabiin irratti baay'essu guyyaaf halkanis.
➊➍➾ibaadaawwan akka sadaqaa,salaata sunnaa,zikrii,wal ziyaaruu, qur'aana qara'uu baay'isuu fi k.k.f.
➊➎➾salaanni jum'aa erga xumuuramee booda rabbiin zakkara gara dalagaa deemuu.


#⃣ rabbiin hundaa walitti nuu haa qabu
T.me/Sammaan