Forwarded from Gadaa Post
#COVID19 #Italy
Xaaliyaan keessatti har'a namoonni 5,560 vaayrasii Koronaan kan qabaman yoo ta'u, namoonni 651 ammoo du'aniiru. Walumaagalatti Xaaliyaanitti hanga ammaa namoonni 59,138 dhibee kan qabaman yemmuu ta'u, namoonni 5,476 lubbuu isaani dhabaniiru.
♻️ Xaaliyaan du'a guyyoota torbee kana keessatti galmeessite: ⬇️
Wiixata - 349
Kibxata - 345
Roobii - 475
Kamisa - 427
Jimaata - 627
Sanbata - 793
Dilbata - 651
@Gadaapost

Forwarded from Qualitymovbot
ODUU GAMMACHIISAA
Namoonni Chaanaalii keessan namni beeksifachuu barbaaddan ykn gruuppii keessan namni beeksifachuu barbaaddan asiin 👇nuqunnamuu dandeessu.

Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
AKLAAQA GAARII
@gaaddisa_dhugaa
💠Ergamaan Kenya ﷺ صلی الله عليه وسلم Irraa Caalaan Namaa Nama Aklaaqa Gaarii Qabu Jedhani, Akkasuma Anii Kanin Isinitti Ergame Aklaaqa Keessan Tolchuufani Jedhan Rasuulli ﷺ صلی الله عليه وسلم
🔻Ilmi Namaa Kun Waa Sadii Irratti Haalaa fi Amala Gaarii Qabaata.
🔷️Tokkoffaa=,Isuma Rabbiin Ganamumaan Aklaaqa Isaa Tolche.
🔶️ inni lammaffaa= Guddisa Maatiiti.
🔶️Inni sadaaffaan= Immo Yeroodhaa Gara Yerootti Nama Beekumsaan Aklaaqa Gaarii Qabaataa Deemedha.
💠Rabbiin Akka Ofii Fedhetti Ilma Namaa Umaa.
🔶️Inni Ganama Akilaaqa Gaarii Qabu Sababa Tokko Tokkon Guyya Keessa Akilaaqa Ofii Balleessa
🔷️Inni Ganama Aklaaqa Gaarii Hin Qabne Immoo Guddisa Maatii Fi Barumsa Hubannoo Yeroo Wojjin Aklaaqa Gaarii Qabaata
🔶️Aklaaqa Gaarii Ykn Naamusa Qabaachuun Jalaqaba Suma Fayyada. Yoo Aklaaqa Gaarii Qabaatte Rabbi Biratti Sadarkaan Kee olaanaadha.Akkasuma Ilma Namaa Birattillee Ati Jaalatamaa Fi Kabajamaadha
🔻Namuu Waanuma Facaafate Murata Rabbiin Subhaana Wota'ala Akkas Jedha
🔺️فَمَن يَعۡمَلۡ مِثۡقَالَ ذَرَّةٍ خَيۡرٗا يَرَهُۥ
🔶️Namni {{Hanga}} madaala Atomii Toltuu Dalage Isuma arga.
🔻وَمَن يَعۡمَلۡ مِثۡقَالَ ذَرَّةٖ شَرّٗا يَرَهُۥ
🔷️Namni {{ Hanga}} madaala Atomii Hamtuu Dalages Isuma Arga
💠 Namuu Waan Dalagu Kessatti Namaaf Osoo hin Taane Ofiif Dalagataa Jira ,Guyyaa Qiyaamaa irra Caalaan miizana toltuu Ol Kaasu Warra Haala Gaarii Qabuudha.😍
share godhii Namoota Akka kee fi Koo Yaadachiisi Obboleyyan koo👌
RABBIIN NAF ISINILLEE WARRA AKLAAQA GAARI QABAATU NUHAA GODHU INSHA ALLAH YAA RABBI WARROOTA GAGGAARI FAARSITE SANIRRAA NUGODHII😢☝️🤲
Linki👇kana hiriyoota keessan afferaa
T.me/Gaaddisa_dhugaa

Forwarded from Deleted Account
🌹 Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Anis_baratadha qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

Seqqadhume seqani gammadun sunnadha
😊😊😊😊😊😊😊
BAACO 1FFA
👉 Guyya tokko Mana Barnotatitti barsisan ogumma barsisu tokko barattotaf hoji dare kannef. Akkana ja'en:- me fakki 😺🐭 adurre fi hantuta walbiratti kasati fida ja'eni ajaje. Yero kana baratonni hundinu fakki 😺🐭 adurrefi hantuta kasani ega agarsisan boda. Garu baratan tokko fakki 😺adurre qofa kase itti geyse. Yero kana barsisan akkana ja'en.
Barsisa👴 Merre Hantunniho?
Barata👦 dhuga ani adurrefi hantutaw walbirattin kase jira garu. Hantuta adurretu bira nyate ja'en.😂😂😂😂😂😂
BAACO 2FFA
👉 Guyya lammafatis barsisan Biology barsisu dare sene barattotan fakki bakteriya kasati fida gize ja'un. Baratan sun oso fakki bakteriya hin kasinuma waraqa qulla barsisatti geyse. Yero kana barsisan akkana ja'en.
Barsisa 👴 merre fakkin?
Barata 👦Ati kaleysa gize nubarsistu bakteriyan hin mullatu nun hin Janne jedheen
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹 Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu.
https://t.me/Sammaan

Telegram
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai

Forwarded from ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸 (Sayfal-islaam Idris)
❏ Channaloota Islamaa
❏ Nile Sat Irraatti
❏ Africa Tv
❏ ⭐ Freq 12604
❏ V
❏ 27500
❏ Zawya Tv
❏ ⭐ Freq 11595
❏ V
❏ 27500
❏ Nesiha Tv
❏ ⭐ Freq 11554
❏ V
❏ 27500
❏ Hamiltan Tv
❏ ⭐ Freq 11554
❏ V
❏ 27500
❏ Nuuralhudaa
❏ ⭐ Freq 11392
❏ V
❏ 27500
❏ Tvislaamaa
❏ ⭐ Freq 11392
❏ V
❏ 27500
Daawwadhaa irraa fayyadamaa
https://telegram.me/ISLAM_IS_LIFE1
❏ Nile Sat Irraatti
❏ Africa Tv
❏ ⭐ Freq 12604
❏ V
❏ 27500
❏ Zawya Tv
❏ ⭐ Freq 11595
❏ V
❏ 27500
❏ Nesiha Tv
❏ ⭐ Freq 11554
❏ V
❏ 27500
❏ Hamiltan Tv
❏ ⭐ Freq 11554
❏ V
❏ 27500
❏ Nuuralhudaa
❏ ⭐ Freq 11392
❏ V
❏ 27500
❏ Tvislaamaa
❏ ⭐ Freq 11392
❏ V
❏ 27500
Daawwadhaa irraa fayyadamaa
https://telegram.me/ISLAM_IS_LIFE1
Forwarded from Kena
🌹 Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @islamicpr qunnamaa!!

Forwarded from ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸 (👑Lij Iyyasuu👑 Negn⭐)
Odeeffannoo COVID-19 ⬇️
Addunyaa:
•Namoonni dhibee kanaan qabaman = 353,692
•Namoonni du'an = 15,430
Xaaliyaan (Italy):
•Namoonni qabaman = 63,928
•Namoonni du'an = 6,078
Ispeen:
•Namoonni qabaman = 33,089
•Namoonni du'an = 2,182
Ameerikaa (USA):
•Namoonni qabaman = 40,069
•Namoonni du'an = 472
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
Odeeffannoo Haaraadhaaf
Yeroo Mara , join godhaa,
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
t.me/ISLAM_IS_LIFE1

Forwarded from Marcador Bot
(COVID 19) Pandemic
#Itoophiyaa #12
Namni 12ffaan COVID-19 qabame Dubaayii irraa dhufe, Baay'inaan haga ammaa namoonni qabaman biyya alaa as dhufaa jiru. Mootummaan kana itti yaadee akka biyyoota biroo murtii cimaa fudhachuu qaba
Odeeffannoo Dabalataaf
👇👇👇👇👇👇👇👇
OPIN

Forwarded from Faana beekumsaa (Ibnul Islam)
👌Wallaahi Namni jireenya Isaa keeysatti gammachuu Barbaade 👏.
@Gaaddisa_dhugaa
1⃣==>Rabbii Isaa {SW} haa tokkichoomsu
2⃣==>Nabiyyii Muhammed SAW haa dhugoomsu waan inni irraa dhoorgamerraa haa dhoorgamu.
Waan inni hojjate haa hojjatu.
3⃣==> Ibaadaa Isaa haa jabeeffatu akkaan
4⃣==>Haadhaa Abbaa isaa quba haa qabaatu {haa tooyatu}
5⃣==>Qur’aana qara’uu haa heddummeeysu cinqii hundarraa bilisa tahee jiraata 🖇🌻.
Addunyaan tun cinqii fii Yaaddoodhaan guutamte jirti
Yoo akka hin cinqamne barbaadde waan kana godhi ibaadaa rabbiitti deebi'i toobaa qulqulluu ta'e toobadhu dhukkubni kun akka dhaabbatutti du'aa'ii kadhadhu
Join me👇 on telegram channel
Telegram.me/gaaddisa_dhugaa

=================
" Jiidhaa hin ta'in
Ni Cuumfamtaa,
Gogaa Hin ta'in
Ni Cabdaa,"
( Luqmaan Al hakiim)
==================
Jechoota beektotaa
karaa gabaabaan
Argachuuf
Join tuqaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👇👇👇👇 👇👇👇👇
👇👇👇👇
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
" Jiidhaa hin ta'in
Ni Cuumfamtaa,
Gogaa Hin ta'in
Ni Cabdaa,"
( Luqmaan Al hakiim)
==================
Jechoota beektotaa
karaa gabaabaan
Argachuuf
Join tuqaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👇👇👇👇 👇👇👇👇
👇👇👇👇
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
😷♻️♻️♻️ Ergaa Arifachisaa JAMA'AA BARATTOOTA MUSLIMAA BALEE GASGAAR IRRAA ♻️♻️♻️
Kabajamtootaa Obboloota koo وَعَلَيْكُم السَّلَام وَرَحْمَةُ اَللهِ وَبَرَكاتُهُ
haala amma addunyaan dhibee koroona kessaa jirtu,maalitti akka jirtu nuf ifaa.rabbiin ummata fedhii isaa qofaaf jiratuu kan ajajaa Rabbii didee
kan Rabbiin dagatee haaloo isaf maluu irra kafalata jira .
Yaa ummata dammaqaa garaa rabbiitti towbaa deebi´a/dhifaama rabbiin gaafadha
Osomaa kofalluu ummataa rabbin halakuu faana akka hin halakamnee!
ummata akka garaa rabbitti akka debi´an dammaysaa.
sadaqaa akka kennatan,ummataa rabbin harka qalleyyii tasisee gargara.
ibaadaa Baayyisaa .
yoos rabbin inshaa allah irra nuf dabraa.
eytamootaa qarqaara guyyya Kamisaa akka soomtaanii rabbin nuuf kadhattan isiin gaafanna.
kabajamtoota kenna ergaa kana #FB
#TIWETARA FI #TELEGRAAMAAN AKKA WALIIINGEETTAN MAQAA RABBITIN ISIIN GAAFANNA .
.♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
From:-@JBMBG

Rakkinni har'a furmaata
Hin kenniniif, Furmaata
Akka kennituufiif Boruuf
Taa'a, (Ifiin Enook)
==================
@ISLAMISLIFE1
↑〰〰〰〰〰〰〰↑
Jechoota beektotaa
karaa gabaabaan
Argachuuf
Join tuqaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👇👇👇👇 👇👇👇👇
👇👇👇👇
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
Rakkinni har'a furmaata
Hin kenniniif, Furmaata
Akka kennituufiif Boruuf
Taa'a, (Ifiin Enook)
==================
@ISLAMISLIFE1
↑〰〰〰〰〰〰〰↑
Jechoota beektotaa
karaa gabaabaan
Argachuuf
Join tuqaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👇👇👇👇 👇👇👇👇
👇👇👇👇
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
Forwarded from Deleted Account
====================
Assalau Aleykum🖐
Yaa Ummata muslimaa☪
Waan beeknuun wal gargaaruun
Nurratti dirqama,💫
Isinis Join qofa gochuun
Irraa Fayyadamaa,💐
Chaanaala beeksifachuuf
👉 @diin_islam_bicha
Kanuma qunnamaa,
====================
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Assalau Aleykum🖐
Yaa Ummata muslimaa☪
Waan beeknuun wal gargaaruun
Nurratti dirqama,💫
Isinis Join qofa gochuun
Irraa Fayyadamaa,💐
Chaanaala beeksifachuuf
👉 @diin_islam_bicha
Kanuma qunnamaa,
====================
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Kabajama obboleessa koo atis obboleettii tiyya guyyaa juma'aa kana salawaata Nabii keenya jaalatamaa fi kabajamaa Nabi muhammad (S.A.W) Irratti heddummeeysi.
☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu.
https://t.me/Sammaan
☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu.
https://t.me/Sammaan
Telegram
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Breaking News #COVID-19
Muummichi Ministeera Biritaaniyaa Boris Joonsan Dhibee Koroonaa Vaayirasiin qabamuun mirkanaawe.
Maddi :-Nuuralhudaa
Subhaanallaah Rabbiin maal dadhaba ☝️☝️☝️
️JBMAR⭐️ Dawaa Qalbii

〰🍀〰🍀〰🍀〰🍀〰
➖➖➖➖➖➖➖➖➖
"Ummatni hin yaadne
Hooggantoota Abbaa
irreetiif qabeenya
gaariidha"(San'atu As-saqaf)
➖➖➖➖➖➖➖➖➖
〰🍀〰🍀〰🍀〰🍀〰
@ISLAMISLIFE1
〰〰〰🌷〰〰〰
Jechoota beektotaa
karaa gabaabaan
Argachuuf
Join tuqaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👇👇👇👇 👇👇👇👇
👇👇👇👇
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
➖➖➖➖➖➖➖➖➖
"Ummatni hin yaadne
Hooggantoota Abbaa
irreetiif qabeenya
gaariidha"(San'atu As-saqaf)
➖➖➖➖➖➖➖➖➖
〰🍀〰🍀〰🍀〰🍀〰
@ISLAMISLIFE1
〰〰〰🌷〰〰〰
Jechoota beektotaa
karaa gabaabaan
Argachuuf
Join tuqaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👇👇👇👇 👇👇👇👇
👇👇👇👇
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
🇯 🇴 🇮 🇳
Forwarded from Deleted Account
====================
Assalau Aleykum🖐
Yaa Ummata muslimaa☪
Waan beeknuun wal gargaaruun
Nurratti dirqama,💫
Isinis Join qofa gochuun
Irraa Fayyadamaa,💐
Chaanaala beeksifachuuf
👉 @diin_islam_bicha
Kanuma qunnamaa,
====================
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Assalau Aleykum🖐
Yaa Ummata muslimaa☪
Waan beeknuun wal gargaaruun
Nurratti dirqama,💫
Isinis Join qofa gochuun
Irraa Fayyadamaa,💐
Chaanaala beeksifachuuf
👉 @diin_islam_bicha
Kanuma qunnamaa,
====================
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
🌹AZIIZAA 🌹
Seenaa Jireenyaa Ajaa'ibaa
♤♤♤♤♤♡♤♡♡♡♡♤♤
✍by Abdulaziz Ahmeddiin
#Kutaa_12ffaa!!
Hanqinootni gurguddoon jama'aan silaa jajjaboodha jedhaman qaban kanneen kana!!, Geggeessitoonni jama'aa hedduun isaanii wanni isaan masjidatti dubbataniifii erga masjidaa bahan hojjetan dachii fi samiidha. Kan masjidatti zinaan haraami jedhee gorsu yeroo gad bahee waan dubbate balleessutu jira. Kan masjidatti haraaraan(araadni) haraami jedhee gorsu gad bahee sigaaraa, jimaa,....waan hedduu warra barandaa wajjiin qooddata. Warri madrakii(waltajjii) gubbatti waa'ee uffannaa ijoollee gorsan garuu ofiifuu guyyaa waltajjii sanayyuu ergifatanii ykn tan guyyaa jumu'aa fi jama'aa qofa uffatan godhatanii dhufu. Maarree Shari'aa ofiifuu itti hin bulitti nama waamuun qoosaadha malee da'awaa jedhamu hin danda'u.
Namni waan ofiif hin hojjennetti nama waamu otuu quraana ija banatee ilaalee baayyee baayyee nama sodaachisa. Namni ati da'awaa gootuuf jalqaba haalaa fi akhlaaqa kee ilaala malee kallattiin ergaa kee hin fudhatu. Islaamummaa fi Shari'aa rakiseessuu taha. Hanqinni biroo immoo ijoolleen hedduun ofiif ilmii barbaaduu(qara'uu) caalaa isuma baratan sana kan biraa biraan gahuuf ariifatu(jerjerfatu). Kunis gaarii ta'ee osoo jiruu garuu da'awaa fi ilmiin kee, akkasumas akkaataan kee guyyaa guyyaan fooyya'insa agarsiisuun dirqima. Kan biraa ammas sheekkota(da'awaaf affeeraman) filachuudha. Kun karaa tokkoon aqiidaan walqabsiisanii nama sunnaa affeeruun gaarii fi barbaachisaa tahus yeroo tokko tokko nama akka jarri jedhan qofatti da'awaa godhu yaamu, kan daangaa Shari'aa caalaa daangaa ofiif isaan kaayaniif sana kabaju.
Kana yeroon jedhu Wallaahi ijoolleen Rabbiin ganamaan qajeelchee karaa sirrii qabatanii qulqullummaan jama'aa tajaajilan jiru. Garuu isaanis Rakkoon isaanii hawaasa gara masjiidaa dhufu gorsuu fi tajaajiluu malee hiriyyoota isaanii warra wajjiin oolan miseensota jama'aa kanneen hin ilaalan natti fakkaata. Ijoolleen jama'aa keessaa ilmii fi akhlaaqa qaban yeroo hedduu of dhoksu, faallaa sanaa immoo kan waanuma xiqqoo qabuun jama'aa tajaajilutu heddummaata. Hanqinootni nuti argine kan jama'aa irratti fooyya'insi akka hin dhufne godhe kanneeniifi kan biraas hedduutu ture.
Jara keenya Afwan!! Anuu seenaa irraa gara da'awaatti isin geesseemitii!!!!!!!!!!!
Garuu yaadni nuti bifa kanaan dhiyeessine fudhatama argate. Amiirronni jama'aas baayyee nu galateeffatan. Otoo ijoolleen mana barumsaatti hin deebi'initti waan hojjetamuu qabu hojii waliif kennanii sosochii jalqaban. Ani fi Sa'aadaan ganna guutuu waanuma kana fakkaatuun dabarsine. Baatiin lamaan boqonnaa dhumtee jennaan firiin qormaata ministirii nuuf dhufe, maashaa Allaah kan hunda keenyaatuu baayyee babbareedaadha. Abdiin qabxii lamaan na caale. Sa'aadaan haala nama ajaa'ibsiisuun qabxii fooyyessite. Caaltuunis erga amalli isii bareedee haalaan fooyyofte. Jamaalis kutaa 7ffaa keessaa qabxii bareedaadhaan kutaa 8tti darbe. Jamaal yeroo tokko tokko haa wal arginuu jedhee na waama. Garuu dafee yaada koo nagaafata. Isaan wal arguu jaaladhus garuu hamma Rabbiin nuuf heyyamee karaa halaaliin wal arginutti jedheen yaada isaa bifa gorsaatiin amansiisuu yaala. Yeroo tokko tokko anuma qoruuf nagaafata. Yeroo tokko tokko immoo nabsiyyaadhuma isaatu isa ajaja. Garuu dafnee karaa Rabbii irratti waliif galla. Anis yeroo tokko tokko akkasuma. Yeroon galmee geenyaan barnoota galmoofnee barachuu eegalle.
Biologically qaamaan yeroon qormaata uumamaa nutti jaabaattus nutis da'awaa fi qaraatii diiniitiin of bukchuutti jabaanna. Keesssumaa haalli hundi keenya itti wal too'annuu fi wal hordofnu aaa'iba!! Hamma kutaa 10ffaa maatrikii fudhannutti walumaan itti fufne. Akka carraa ta'ee sa'aadaan nama gaarii tokkoon nu jalaa booji'amtee heerumte. Anaafi Caaltuun Abdii wajjiin qophaa'inatti darbinee jirra.
Jamaalis kutaa 10ffaa barachaa jirra.
Otuu guyyaa tokko daangaa Rabbii walitti hin darbin itti fufnee jirra.
.....#Goolabni_itti_fufa
Yaadaaf @AbdiiBiyyaa
@Kennaapost @Kennaapost
T.me/Kennaapost

KENNAA
KENNAA Dhaloota Qubeetiif!!
Chaanaalii kana irraa👇
👉DA'AWAA
👉ODEEYFANNOO
👉WALALOO
👉ASOOSAMA
👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!!
✍yaadaaf👇
@AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!
Chaanaalii Youtube 👉 https://youtube.com/@kennaatube3465?si=5ATT3Pd