Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
Vaayrasii Koroonaa
(Covid-19)
Dhukkubni covid-19 kun nama ajjeesuuf
-------------------------------------------------------------- otoo hin taane nama jiraachisuuf dhufe!!
----------------------------------------------------------------
By Abdulaziz Ahmeddiin
Alhamdulillaah Alhamdulillah Summa
Alhamdulillaah Alhamdulillah
Otuu anaa fi ati lubbuun jirruu Rabbiin balaa kana fidee garuu hanga guyyaa harraa nu tursiisuu isaatiif Alhamdulillaah!
Akkuma beekamu balleessaa, daangaa darbinsa, hammeenya, jallina...ilmi namaa hojjetuun balaan dhukkuba kanaa addunyaa raasaa jira,. Weerarri dhukkuba kanaa erga addunyaa tana irra faca'ee booda warri Rabbiin qalbii isaanii xiqqoos ta'u imaana keessa isaanii kaa'e hatattamaan gama Rabbii isaanii deebi'anii jiru. Qalbiin keenya gogee, keessi keenya zikrii irraa fagaachuun onee, jireenya beeyladaa fakkaatu jiraachuu jalqabnee turre.
إنَّ فِي ذَالِكَ لاؑیٰتٍ لِقَومٍ یَعقِلونَ
Achi keessa (aayatoota Rabbii keessa) mallattoolee (raajii) Rabbiitu jira warra waa hubachuu danda'aniif(suuraa ruum 24)!!
Rabbiin hedduu keenya dammaqsee jira,
Masjidatti deddeebi'uu nuuf laaffisee jira
Quraana isaa xiqqaatus qara'uu jalqabnee jirra
Salaanni jama'aa kan dur caalaa dabalee jira.
Rabbiin zakkaruun , yaadachuun, araarama kadhachuun, toowbaa itti deebi'uun, ....muraasa keenyaaf laafee jira.
Qabeenya qabnu irraa xiqqaattus kennachuun jalqabamee jira.
Hunda caalaa immoo , erga balaan kun dhagahamuu jalqabe as haraam hojjechuu irraa fagaannee jirra, hamtuu yaaduu fi hojjechuun nu sodaachisuu jalqabee jira,
Walumaagalatti nabsiyyaan teenya wantoota Rabbiin jibbu dhiiftee gara wantoota Rabbiin jaalatatuutti harkifamuu jalqabdee jirti. Dhugumaan Rabbiin towbaa keenya nurraa qeeballaan, nuuf araaramnaan, kutannoon keenyas kutannoo sirrii taanaan👇👇👇👇👇👇
Maarree jireenyi kana caalu eessa jiraa!!!?
Akka kanaan duutus qaama keetu du'a malee qalbiin(nafseen) tee qabdii keessattis caffee jannataa boraafachaa, fooddaan immoo dhangaa jannataa dhandhamachaa yaa Rabbii qiyaamaa dhaabi jettee du'aa'ii godhatti!!!
Otuu otoo Rabbiin musiibaa tana fidee nu dammaqsuu baatee, haraam irraa nu fageessuu baatee, kheeyrii nuuf mijeessu baatee, sila qaama keenyatu jira malee qalbiin(lubbuun) teenya duutee turte,
Kanaaf Dhukkubni hamaan kun nu qalbii teenya nu fayyisuuf Rabbiin nuuf erge!!!!
Rabbiin kana caalaa nu hin qorin, nuuf gahaa karaa isaa irratti istiqaamaa nuuf kennee dhibee fi balaa hunda jalaa najaa nuhaa baasu!!!!
Garuu👇👇👇👇👇👇👇👇
Kan harras of hin yaadatin, Kan harras mana Rabbii dheessaa jiru, kan harras haraam irraa hin fagaatin, kan harras zikrii Rabbii isaa dadhabe, kan harras quraanni Rabbii natti hin buune jedhee isa komatu...
Carraan kee hamma lubbuun tee dachee kana irra jiruun numa jira, dammaqnee gama Rabbii keenyaa haa deebinuu!!!!!!
@Kennaapost @Kennaapost
T.me/Kennaapost

Telegram
KENNAA
KENNAA Dhaloota Qubeetiif!!
Chaanaalii kana irraa👇
👉DA'AWAA
👉ODEEYFANNOO
👉WALALOO
👉ASOOSAMA
👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!!
✍yaadaaf👇
@AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!
Chaanaalii Youtube 👉 https://youtube.com/@kennaatube3465?si=5ATT3Pd

Forwarded from Kena
🌹 Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @islamicpr qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
OSOO IJJI SIN BOONNEE DUBBISTEE NI FIXXAA ?? 😭😭😭😔😒😒:)
@Gaaddisa_Dhugaa
Dubbistee "Share gootu malee biran dabrin JZK,
Haadhatu micayyoo isiitiin Akkana jettiin.
💝-YAA INTALA TIYYA-💝
⏩Guyyaa ani haala ammaa khanarraa jijiiramee
dulloome Naaf beekhi naaf obsi.
⏩Osoon nyaata nyaadhu yoon Uffata Ifirraa balleesse yaroon uffata khiyya jijiirachuu dadhabu naaf obsi.
⏩Yaroo an waan khana hunda oson si barsiisuuf fixee yaadadhu.
⏩Yaroo waan takka naaf himtee naaf hin gallee waa irra dadeebi’u naaf obsi na dhageefadhu Ani gaafan ati xiqqoo yaroo hunda waa irra dadeebitee nagafatta anis gamachuuniin akka barattuuf osoo hin hifanne irra siif deebi’u turee.!!😭
⏩Yaroo Dhiqatuu hin feene nattin-dallaniin....
Gaafa ati xiqqoo sirraa dhiquufiin waan meeqa sitti himee si sosobuu ture.
⏩Yaroo nyaata hin feene nan cinqin yaroon beelaween nyaadhaati.
⏩Yaroo dulloomee miilaan deemu dadhabe Harka khee jaalalaan naaf khanni akkuman guyyaa dura ati deemuu bartu siqabee sibarsiisetti.
⏩Guyyaa takka bekhumaaf teeysa doggogora khiyya khana waliin an gaaruman siif yaadadha
⏩Naaf obsi deeminsafii nyaata khiyya cufarratti nagargaari akkuman an sibarsiisetti.
⏩Na cinaa jiraadhu akkaan Rabbii khiyya nagayaan qunnamu.
Yoo haadha kee jaalatte risaalaa kana share godhi
Channelii keessan kana👇join godhaa
T.me/Gaaddisa_dhugaa

Dhagayaa waldhageessisaa .
👇👇👇👇👇👇👇👇
Amantiin Islaamaa Amantii nagayaati amantii jaalalaafi kabajaati 🌹'Abbaan fedhe haa Amanu Abbaan fedhe haa Amanuu dhabu '🌹haasawa Rabbiiti (S.W )
Namni amantii Islaamaa balleessuf yaaddu hundi of eegi shira xaxxu kana dhiisi dhiisuu diddu Du'aa'iin ummata Kana lafarraa si haqxi .hubadhuu laali waa'ee ummata masjida mooxarratti wanta ta'aa jiruufi Biyyoota gurguddoo ana malee maaltu jira jetturratti Rabbiin dalagaa jiru.
☪yaa Allaah ☪
Nasriin tee kaluudha
💫💫💫💫💫💫💫💫💫💫
👇👇👇👇👇👇👇👇
Amantiin Islaamaa Amantii nagayaati amantii jaalalaafi kabajaati 🌹'Abbaan fedhe haa Amanu Abbaan fedhe haa Amanuu dhabu '🌹haasawa Rabbiiti (S.W )
Namni amantii Islaamaa balleessuf yaaddu hundi of eegi shira xaxxu kana dhiisi dhiisuu diddu Du'aa'iin ummata Kana lafarraa si haqxi .hubadhuu laali waa'ee ummata masjida mooxarratti wanta ta'aa jiruufi Biyyoota gurguddoo ana malee maaltu jira jetturratti Rabbiin dalagaa jiru.
☪yaa Allaah ☪
Nasriin tee kaluudha
💫💫💫💫💫💫💫💫💫💫
Forwarded from Kena
🌹 Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @islamicpr qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @islamicpr qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Forwarded from Deleted Account

Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Anis_baratadha qunnamaa!!

Dhimma Dhibee Vayirasii Koroonaa ilaalchisee Fatwaa Mana Maree Ulamoota Ityoophiyaa irraa kenname
1.Namni Vayirasii Koroonaatiin qabame yookaan ammoo Vayirasichaan qabamuun isaa shakkame kamiyyuu, Salaata Jum’aatis ta’ee salaata Jama’aa salaatuuf, yookaan Barnoota Diiniitiif gara Masaajidaa yookaan ammoo iddoo namni heddu itti walitti qabamu dhaquun dhoorkaadha.
2.Namni Muslimaa kamiyyuu yeroo dhibeen kun haala sodaachisaa irra gahe kana keessatti Salaata Jum’aatis tahee kan Jama’aa irraa hafuun Shari’atti hayyamamaadha. Namni Kamiyyuu mana isaatti salaatuu ni danda’a.
3.Gorsaa fi Qajeelfama Dhaabbileen Fayyaa fi qaama dhimmi ilaallatu irraa kennamu fudhatanii hojii irra oolchuun dirqama amantaati.
4.Imaamonni Masjidaa, Ulamoonni fi Du’aatonni hawaasni Muslimaa gara Rabbii isaa deebi’ee araarama akka kadhatu; Sadaqaa akka kennatu akkasumas Du’aa’ii akka godhatu akka barsiistan isin gaafanna.
Allaah (S.W.) Dhukkuba kana akka nurraa kaasu; Biyya keennaa fi Ummata keenna hamtuu hunda irraa akka nuuf tiksu kadhanna. Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu.
https://t.me/Sammaan
Maddi:-@Nuuralhudaa

Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Forwarded from Kena
🌹 Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @islamicpr qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @islamicpr qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
🛑 Dhugaa jiru: Koronaavaayrasii
1⃣ Vaayrasichi funyaanii fi afaaniin nama keessa seena
2⃣ Vaayrasichi Qoonqoo keessa seenee guyyaa afuriif tura
3⃣ Vaayrasichi Soomba tuqee afuura baafachuu nama dadhabsiisaa
🛑 Mallattoolee Koronaavaayrasii
¤ Dhangala'uu Funyaanii
¤ Qufa'uu
¤ Dhukkuba Qoonqoo
¤ Gubaa Qaamaa
🛑 Mala ittisa Koronaavaayrasii
¤ Yeroo yerootti harka Bishaanii fi Saamunaan sirritti dhiqachuu
¤ Harka hin dhiqamneen afaan. funyaan fi ija keenya tuquu dhiisuu
¤ Nama hammachuu, dhungachuu fi harka fuudhurraa of quusachuu
¤ Bakkee namni baay'atu irraa fagaachuu
¤ Yoo qufaanuu fi haxxifannu nama irraa fagaachuu fi harkatti qabachu
¤ Soorata horii/loonii fi qurxummii hin bilcheeffamin hin nyaatinaa
🛑 Mallattoon Vaayrasii Koronaa yoo nurratti mul'ate;
¤ Sarara bilbilaa bilisa 8335 beeksisuu fi deeggarsa yaalaa gaafachuu
¤ Amma gareen deeggarsa yaalaa nuuf qaqqabutti kutaa tokko keessatti kophaatti of foo'uun turuu
¤ Yoo qufaanuu fi haxxifannu funyaanii fi afaan ciqilee/sooftiin haguuguu
¤ Sooftii fi meeshaalee qulqullinaa itti fayyadamne meeshaa qadaada qabu keessatti gatuu
¤ Kutaa keessa turree fi meeshaalee itti fayyadamne bishaanii fi saamunaan dhiquu
¤ Bakka hundatti tuttufuurraa of qusachuu
♤Rabbiin dhukkuna kana nurraa haa kaasu!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
🤲Yaa Rabbii najaa nu baasi🤲🤲
@Kennaapost
@Kennaapost
T.me/Kennaapost
1⃣ Vaayrasichi funyaanii fi afaaniin nama keessa seena
2⃣ Vaayrasichi Qoonqoo keessa seenee guyyaa afuriif tura
3⃣ Vaayrasichi Soomba tuqee afuura baafachuu nama dadhabsiisaa
🛑 Mallattoolee Koronaavaayrasii
¤ Dhangala'uu Funyaanii
¤ Qufa'uu
¤ Dhukkuba Qoonqoo
¤ Gubaa Qaamaa
🛑 Mala ittisa Koronaavaayrasii
¤ Yeroo yerootti harka Bishaanii fi Saamunaan sirritti dhiqachuu
¤ Harka hin dhiqamneen afaan. funyaan fi ija keenya tuquu dhiisuu
¤ Nama hammachuu, dhungachuu fi harka fuudhurraa of quusachuu
¤ Bakkee namni baay'atu irraa fagaachuu
¤ Yoo qufaanuu fi haxxifannu nama irraa fagaachuu fi harkatti qabachu
¤ Soorata horii/loonii fi qurxummii hin bilcheeffamin hin nyaatinaa
🛑 Mallattoon Vaayrasii Koronaa yoo nurratti mul'ate;
¤ Sarara bilbilaa bilisa 8335 beeksisuu fi deeggarsa yaalaa gaafachuu
¤ Amma gareen deeggarsa yaalaa nuuf qaqqabutti kutaa tokko keessatti kophaatti of foo'uun turuu
¤ Yoo qufaanuu fi haxxifannu funyaanii fi afaan ciqilee/sooftiin haguuguu
¤ Sooftii fi meeshaalee qulqullinaa itti fayyadamne meeshaa qadaada qabu keessatti gatuu
¤ Kutaa keessa turree fi meeshaalee itti fayyadamne bishaanii fi saamunaan dhiquu
¤ Bakka hundatti tuttufuurraa of qusachuu
♤Rabbiin dhukkuna kana nurraa haa kaasu!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
🤲Yaa Rabbii najaa nu baasi🤲🤲
@Kennaapost
@Kennaapost
T.me/Kennaapost
Telegram
KENNAA
KENNAA Dhaloota Qubeetiif!!
Chaanaalii kana irraa👇
👉DA'AWAA
👉ODEEYFANNOO
👉WALALOO
👉ASOOSAMA
👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!!
✍yaadaaf👇
@AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!
Chaanaalii Youtube 👉 https://youtube.com/@kennaatube3465?si=5ATT3Pd
Chaanaalii kana irraa👇
👉DA'AWAA
👉ODEEYFANNOO
👉WALALOO
👉ASOOSAMA
👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!!
✍yaadaaf👇
@AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!
Chaanaalii Youtube 👉 https://youtube.com/@kennaatube3465?si=5ATT3Pd
#GiuseppeConte|
«PM Italy»
🌹🌹Allaahu Akbar🌹🌹
Al Izzatu lillaah
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Dubbii addunyaa guutuu gaddisiise kan muummichi ministeera Xaaliyaanii Giuseppe Conte dubbate.
"Dhibee kana to'achuu hin dandeenye, hamileenis qaamaanis cabnee jirra, kana booda waan gochuu dandeenyu tokkollee hin qabnu, yaalii dachee kanarra jiru mara fayyadamnee yaallee dadhabneerra, Furmaatni nu hafe kan Rabbii qofa dha." jechuun dubbii miira nama tuqu dubbatee jira muummichi ministeera Xaaliyaanii Giuseppe Conte
Rabbi furmaata haa fidu.
Mee du'aa'ii keessaniin bira dhaabbadhaa.
Share gochuun waliif qoodaa.
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu.
https://t.me/Sammaan
Maddi Fursan media.
«PM Italy»
🌹🌹Allaahu Akbar🌹🌹
Al Izzatu lillaah
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Dubbii addunyaa guutuu gaddisiise kan muummichi ministeera Xaaliyaanii Giuseppe Conte dubbate.
"Dhibee kana to'achuu hin dandeenye, hamileenis qaamaanis cabnee jirra, kana booda waan gochuu dandeenyu tokkollee hin qabnu, yaalii dachee kanarra jiru mara fayyadamnee yaallee dadhabneerra, Furmaatni nu hafe kan Rabbii qofa dha." jechuun dubbii miira nama tuqu dubbatee jira muummichi ministeera Xaaliyaanii Giuseppe Conte
Rabbi furmaata haa fidu.
Mee du'aa'ii keessaniin bira dhaabbadhaa.
Share gochuun waliif qoodaa.
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu.
https://t.me/Sammaan
Maddi Fursan media.
Telegram
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Forwarded from Kena
Forwarded from Gadaa Post
#COVID19 #Italy
Xaaliyaan keessatti har'a namoonni 5,560 vaayrasii Koronaan kan qabaman yoo ta'u, namoonni 651 ammoo du'aniiru. Walumaagalatti Xaaliyaanitti hanga ammaa namoonni 59,138 dhibee kan qabaman yemmuu ta'u, namoonni 5,476 lubbuu isaani dhabaniiru.
♻️ Xaaliyaan du'a guyyoota torbee kana keessatti galmeessite: ⬇️
Wiixata - 349
Kibxata - 345
Roobii - 475
Kamisa - 427
Jimaata - 627
Sanbata - 793
Dilbata - 651
@Gadaapost

Forwarded from Qualitymovbot
ODUU GAMMACHIISAA
Namoonni Chaanaalii keessan namni beeksifachuu barbaaddan ykn gruuppii keessan namni beeksifachuu barbaaddan asiin 👇nuqunnamuu dandeessu.
Namoonni Chaanaalii keessan namni beeksifachuu barbaaddan ykn gruuppii keessan namni beeksifachuu barbaaddan asiin 👇nuqunnamuu dandeessu.
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
AKLAAQA GAARII
@gaaddisa_dhugaa
💠Ergamaan Kenya ﷺ صلی الله عليه وسلم Irraa Caalaan Namaa Nama Aklaaqa Gaarii Qabu Jedhani, Akkasuma Anii Kanin Isinitti Ergame Aklaaqa Keessan Tolchuufani Jedhan Rasuulli ﷺ صلی الله عليه وسلم
🔻Ilmi Namaa Kun Waa Sadii Irratti Haalaa fi Amala Gaarii Qabaata.
🔷️Tokkoffaa=,Isuma Rabbiin Ganamumaan Aklaaqa Isaa Tolche.
🔶️ inni lammaffaa= Guddisa Maatiiti.
🔶️Inni sadaaffaan= Immo Yeroodhaa Gara Yerootti Nama Beekumsaan Aklaaqa Gaarii Qabaataa Deemedha.
💠Rabbiin Akka Ofii Fedhetti Ilma Namaa Umaa.
🔶️Inni Ganama Akilaaqa Gaarii Qabu Sababa Tokko Tokkon Guyya Keessa Akilaaqa Ofii Balleessa
🔷️Inni Ganama Aklaaqa Gaarii Hin Qabne Immoo Guddisa Maatii Fi Barumsa Hubannoo Yeroo Wojjin Aklaaqa Gaarii Qabaata
🔶️Aklaaqa Gaarii Ykn Naamusa Qabaachuun Jalaqaba Suma Fayyada. Yoo Aklaaqa Gaarii Qabaatte Rabbi Biratti Sadarkaan Kee olaanaadha.Akkasuma Ilma Namaa Birattillee Ati Jaalatamaa Fi Kabajamaadha
🔻Namuu Waanuma Facaafate Murata Rabbiin Subhaana Wota'ala Akkas Jedha
🔺️فَمَن يَعۡمَلۡ مِثۡقَالَ ذَرَّةٍ خَيۡرٗا يَرَهُۥ
🔶️Namni {{Hanga}} madaala Atomii Toltuu Dalage Isuma arga.
🔻وَمَن يَعۡمَلۡ مِثۡقَالَ ذَرَّةٖ شَرّٗا يَرَهُۥ
🔷️Namni {{ Hanga}} madaala Atomii Hamtuu Dalages Isuma Arga
💠 Namuu Waan Dalagu Kessatti Namaaf Osoo hin Taane Ofiif Dalagataa Jira ,Guyyaa Qiyaamaa irra Caalaan miizana toltuu Ol Kaasu Warra Haala Gaarii Qabuudha.😍
share godhii Namoota Akka kee fi Koo Yaadachiisi Obboleyyan koo👌
RABBIIN NAF ISINILLEE WARRA AKLAAQA GAARI QABAATU NUHAA GODHU INSHA ALLAH YAA RABBI WARROOTA GAGGAARI FAARSITE SANIRRAA NUGODHII😢☝️🤲
Linki👇kana hiriyoota keessan afferaa
T.me/Gaaddisa_dhugaa
@gaaddisa_dhugaa
💠Ergamaan Kenya ﷺ صلی الله عليه وسلم Irraa Caalaan Namaa Nama Aklaaqa Gaarii Qabu Jedhani, Akkasuma Anii Kanin Isinitti Ergame Aklaaqa Keessan Tolchuufani Jedhan Rasuulli ﷺ صلی الله عليه وسلم
🔻Ilmi Namaa Kun Waa Sadii Irratti Haalaa fi Amala Gaarii Qabaata.
🔷️Tokkoffaa=,Isuma Rabbiin Ganamumaan Aklaaqa Isaa Tolche.
🔶️ inni lammaffaa= Guddisa Maatiiti.
🔶️Inni sadaaffaan= Immo Yeroodhaa Gara Yerootti Nama Beekumsaan Aklaaqa Gaarii Qabaataa Deemedha.
💠Rabbiin Akka Ofii Fedhetti Ilma Namaa Umaa.
🔶️Inni Ganama Akilaaqa Gaarii Qabu Sababa Tokko Tokkon Guyya Keessa Akilaaqa Ofii Balleessa
🔷️Inni Ganama Aklaaqa Gaarii Hin Qabne Immoo Guddisa Maatii Fi Barumsa Hubannoo Yeroo Wojjin Aklaaqa Gaarii Qabaata
🔶️Aklaaqa Gaarii Ykn Naamusa Qabaachuun Jalaqaba Suma Fayyada. Yoo Aklaaqa Gaarii Qabaatte Rabbi Biratti Sadarkaan Kee olaanaadha.Akkasuma Ilma Namaa Birattillee Ati Jaalatamaa Fi Kabajamaadha
🔻Namuu Waanuma Facaafate Murata Rabbiin Subhaana Wota'ala Akkas Jedha
🔺️فَمَن يَعۡمَلۡ مِثۡقَالَ ذَرَّةٍ خَيۡرٗا يَرَهُۥ
🔶️Namni {{Hanga}} madaala Atomii Toltuu Dalage Isuma arga.
🔻وَمَن يَعۡمَلۡ مِثۡقَالَ ذَرَّةٖ شَرّٗا يَرَهُۥ
🔷️Namni {{ Hanga}} madaala Atomii Hamtuu Dalages Isuma Arga
💠 Namuu Waan Dalagu Kessatti Namaaf Osoo hin Taane Ofiif Dalagataa Jira ,Guyyaa Qiyaamaa irra Caalaan miizana toltuu Ol Kaasu Warra Haala Gaarii Qabuudha.😍
share godhii Namoota Akka kee fi Koo Yaadachiisi Obboleyyan koo👌
RABBIIN NAF ISINILLEE WARRA AKLAAQA GAARI QABAATU NUHAA GODHU INSHA ALLAH YAA RABBI WARROOTA GAGGAARI FAARSITE SANIRRAA NUGODHII😢☝️🤲
Linki👇kana hiriyoota keessan afferaa
T.me/Gaaddisa_dhugaa
Forwarded from Deleted Account
🌹 Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Anis_baratadha qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Anis_baratadha qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Seqqadhume seqani gammadun sunnadha
😊😊😊😊😊😊😊
BAACO 1FFA
👉 Guyya tokko Mana Barnotatitti barsisan ogumma barsisu tokko barattotaf hoji dare kannef. Akkana ja'en:- me fakki 😺🐭 adurre fi hantuta walbiratti kasati fida ja'eni ajaje. Yero kana baratonni hundinu fakki 😺🐭 adurrefi hantuta kasani ega agarsisan boda. Garu baratan tokko fakki 😺adurre qofa kase itti geyse. Yero kana barsisan akkana ja'en.
Barsisa👴 Merre Hantunniho?
Barata👦 dhuga ani adurrefi hantutaw walbirattin kase jira garu. Hantuta adurretu bira nyate ja'en.😂😂😂😂😂😂
BAACO 2FFA
👉 Guyya lammafatis barsisan Biology barsisu dare sene barattotan fakki bakteriya kasati fida gize ja'un. Baratan sun oso fakki bakteriya hin kasinuma waraqa qulla barsisatti geyse. Yero kana barsisan akkana ja'en.
Barsisa 👴 merre fakkin?
Barata 👦Ati kaleysa gize nubarsistu bakteriyan hin mullatu nun hin Janne jedheen
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹 Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu.
https://t.me/Sammaan
😊😊😊😊😊😊😊
BAACO 1FFA
👉 Guyya tokko Mana Barnotatitti barsisan ogumma barsisu tokko barattotaf hoji dare kannef. Akkana ja'en:- me fakki 😺🐭 adurre fi hantuta walbiratti kasati fida ja'eni ajaje. Yero kana baratonni hundinu fakki 😺🐭 adurrefi hantuta kasani ega agarsisan boda. Garu baratan tokko fakki 😺adurre qofa kase itti geyse. Yero kana barsisan akkana ja'en.
Barsisa👴 Merre Hantunniho?
Barata👦 dhuga ani adurrefi hantutaw walbirattin kase jira garu. Hantuta adurretu bira nyate ja'en.😂😂😂😂😂😂
BAACO 2FFA
👉 Guyya lammafatis barsisan Biology barsisu dare sene barattotan fakki bakteriya kasati fida gize ja'un. Baratan sun oso fakki bakteriya hin kasinuma waraqa qulla barsisatti geyse. Yero kana barsisan akkana ja'en.
Barsisa 👴 merre fakkin?
Barata 👦Ati kaleysa gize nubarsistu bakteriyan hin mullatu nun hin Janne jedheen
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹 Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu.
https://t.me/Sammaan
Telegram
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Forwarded from ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸 (Sayfal-islaam Idris)
❏ Channaloota Islamaa
❏ Nile Sat Irraatti
❏ Africa Tv
❏ ⭐ Freq 12604
❏ V
❏ 27500
❏ Zawya Tv
❏ ⭐ Freq 11595
❏ V
❏ 27500
❏ Nesiha Tv
❏ ⭐ Freq 11554
❏ V
❏ 27500
❏ Hamiltan Tv
❏ ⭐ Freq 11554
❏ V
❏ 27500
❏ Nuuralhudaa
❏ ⭐ Freq 11392
❏ V
❏ 27500
❏ Tvislaamaa
❏ ⭐ Freq 11392
❏ V
❏ 27500
Daawwadhaa irraa fayyadamaa
https://telegram.me/ISLAM_IS_LIFE1