🤲Yaa Rabbii Nurraa kaasi😭
🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
By Abdulaziz Ahmeddiin
Yaa Rabbii nuuf birmadhu
Si harka furmaanni keenyaa
Balaadhaaf nu saaxiltee
Hin balleessin booda keenya!!
Daangaa kee cabsinee
Sitti balleessineerra
Lubbuu keenyaan sobamnee
Karaa kee daganneerra
Qulqulluu fi gaarii dhiifnee
Hammeenya filanneerra!!!!
Wal jaaladhaa kee dhiifnee
Tuffii fi jibba qabannee
Waliif gaaromuu dhiifnee
Hammeenya boraafannee
Sababa badii keenyaaf
Kunoo harra rakkannee!!!
Badiin keenya baayyatus
Lafti nu dhaqnu hin jiru
Si tokkicha arjaa malee
Eenyu kan rakkoo furu
Rahmataan nu milladhu
Badii keenya nuuf dhiisi
Nabsiyyaas nuuf qajeelchi
Sheyxan harkaa nuuf baasi
Ebola,Edsiis ta'u koroonaa
Dhukkuboota vaayrsiii
Kan nu argineefi hin argin
Ati nu beekta hunda isii
Humnaa fi jabeenya keetiin
Yaa Rabbii ati nurraa kaasii!!
Aamiin Aamiin summa Aamiin
🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
@Kennaapost @Kennaapost
T.me/Kennaapost
🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
By Abdulaziz Ahmeddiin
Yaa Rabbii nuuf birmadhu
Si harka furmaanni keenyaa
Balaadhaaf nu saaxiltee
Hin balleessin booda keenya!!
Daangaa kee cabsinee
Sitti balleessineerra
Lubbuu keenyaan sobamnee
Karaa kee daganneerra
Qulqulluu fi gaarii dhiifnee
Hammeenya filanneerra!!!!
Wal jaaladhaa kee dhiifnee
Tuffii fi jibba qabannee
Waliif gaaromuu dhiifnee
Hammeenya boraafannee
Sababa badii keenyaaf
Kunoo harra rakkannee!!!
Badiin keenya baayyatus
Lafti nu dhaqnu hin jiru
Si tokkicha arjaa malee
Eenyu kan rakkoo furu
Rahmataan nu milladhu
Badii keenya nuuf dhiisi
Nabsiyyaas nuuf qajeelchi
Sheyxan harkaa nuuf baasi
Ebola,Edsiis ta'u koroonaa
Dhukkuboota vaayrsiii
Kan nu argineefi hin argin
Ati nu beekta hunda isii
Humnaa fi jabeenya keetiin
Yaa Rabbii ati nurraa kaasii!!
Aamiin Aamiin summa Aamiin
🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
@Kennaapost @Kennaapost
T.me/Kennaapost
Telegram
KENNAA
KENNAA Dhaloota Qubeetiif!!
Chaanaalii kana irraa👇
👉DA'AWAA
👉ODEEYFANNOO
👉WALALOO
👉ASOOSAMA
👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!!
✍yaadaaf👇
@AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!
Chaanaalii Youtube 👉 https://youtube.com/@kennaatube3465?si=5ATT3Pd

Odeeffannoo gaggabaaboo COVID-19
• Xaaliyaan keessatti namoonni vaayrasii Koronaan du'an 3,405 gahe. Kun ammoo baay'ina namoota Chaayinaatti du'an irraa caaluu agarsiisa. Chaayinaatti namoonni 3,245 dhibee kanaan du'aniiru.
• Xaaliyaan keessa har'a qofa nama 427 dhibee kanaan du'e.
• Ameerikaatti namoonni dhibee COVID-19n qabaman 10,000 yemmuu gahu, hanga amma namoonni 150 dhibee kanaan du'aniiru.
• Walumaa galatti akka addunyaatti hanga ammaa namoonni 236,729 dhibee kanaan yoo qabaman namoonni 9,828 du'aniiru.
YAA ALLAAH ATI RAHMATA NUUF GODHI ADUWWII DIIN KEETI CABSII Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu.
https://t.me/Sammaan

Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai

Forwarded from Deleted Account
🌹 Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Anis_baratadha qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

📜 Sunnaawwan jaallatamoo guyyaa jum'aa...15
⌛⌛⌛⌛⌛⌛⌛⌛
➊➾Jalqaba rabbumaaf jecha jum'a kana dhaqa jedhanii niyachuu.
➋➾Qaama dhiqachuu.
➌➾ uffata bareeda uffatuu 👖
➍➾Shittoo/urgooftuu dibachuu{dhiiraaf}⚱
➎➾ilkaan siwaakachuu.
➏➾Gara masjidaa yeroodhaan deemuu.
➐➾saffaawwan duraa qabachuu. Garuu nama irraan tarkanfachuufi nama cinquun hin ta'u.
➑➾raka'a lamaa tahiyyaa masjida salaatuu.
⑨➾suuratul kahfiin qara'uu.
①0➾ fuulaan gara imaamaa garagaluu.
①①➾kuxbaa callisaan dhaggeeffachuu.
①②➾Yeroo du'aa'iin itti qeebalmtu sana niyyaan eegachuu.
①③➾ salawaata nabiin irratti baay'essu guyyaaf halkanis.
①④➾ibaadaawwan akka sadaqaa,salaata sunnaa,zikrii,wal ziyaaruu, qur'aana qara'uu baay'isuu fi k.k.f.
①⑤➾salaanni jum'aa erga xumuuramee booda rabbiin zakkara gara dalagaa.
#⃣ rabbiin hundaa walitti nuu haa qabu

Forwarded from Qualitymovbot
Rasuula irratti (Sallallaahu aleeyhi wasallam) Nagayaa fi Rahmata guyyaa Jumu'aa buusuun irra caalaa guyyaa hafaniiti. Hankan isii (kamisni halkan) irra caaltuu halkaniiti. Rasuulli Sallallaahu aleeyhi wasallam akkana jedhan: "Irra caalaan guyyaa keessanii guyyaa Jumu'aati, Isii keessa Nagayaa fi Rahmatarraa narratti buusuu baay'isaa."
Kanaafuu rahmata irratti buusuu haa baayyifnu sallalaahu aleyhi wosalam
الصلاة علی النبي ﷺ يوم الجمعة أفضل من بقية الأيام،وليلتها أفضل الليالي، قال رسول الله ﷺ: (إن من أفضل أيامکم يوم الجمعة فأکثروا علي من الصلاة فيه)

Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
🌹AZIIZAA 🌹
Seenaa Jireenyaa Ajaa'ibaa
♤♤♤♤♤♤♡♡♡♤♤♡♤
✍by Abdulaziz Ahmeddiin
#Kutaa_8ffaa
Guyyaan galmee geenyaan kaanee mana barnootaa deemne, ijji koo jalqabaas nama tokko irra bu'e, naman ganna guutuu dheebochaa bahe. Jamaal kophaa isaa taa'ee barattoota fuula haaraa , uffata haaraan babbareedanii dheebuu barnoota fi hiriyyummaa fuula isaanii irraa beeksisuun gara mana barnoota keenyaatti dhangala'an keessa ija babaasa. Yeroon bira gahu akka kanaan duraa fuula itti jijjiiree bira darbuun natti ulfaate, dafee "Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu Azuu!" Naan jedhe, anis mormii tokko malee "Wa Aleeykum selam Warahmatullaahi Wabarakaatuhu " jedheen deebiseef. Isatu duursee nagaafate malee otuu inni callisee waanan ofiifuu gaafadhu natti fakkaata. Isaafii Abdiin wal qabatanii iddoo tokko taa'an, anis hiriyyoota koo dhiiseen deemee isaan bira taa'ee haasaa isaanii dhaggeeffachuu jalqabe.
Ganna akkamiin dabarsitaniin gaaffii jalqabne, otuma haasofnuu barsiisonnis dhufanii galmoofnee, Sa'aadaa fi caaltuu wajjiin walqabannee haasawuu jalqabne.
Caaltuun fuulli isii jijjiiramee jira, huqqattee jirti, akka durii hin kokkofaltu,.
Sa'aadaan garuu bareeddee dhufte. Sadan keenyayyuu kilaasii tokkotti ramadamne, Abdiin garuu kilaasii biraa tahe. Anaa fi sa'aadaanis bakkuma tokko teenye. Caaltuun duuba keenya , jejjechaa barnoota itti fufne. Guyyaa tokko Caaltuun m/barumsaa hafte. Anis waa'ee isii sa'aadaa gaafadhe, waanan amanuu hin dandeenye natti himte. Caaltuun jaalallee isiitiin wal lolanii akka gargar bahan, aarii sanaatiin immoo jimaa fi araada garagaraa akka jalqabde, dhiirota hedduu wajjiinis akka deemtu, sababa kanaan adaadaa isii wajjiinis wal lolanii biraa baatee mana kiraa akka jiraattu, fuula gaddaatiin natti himte. Kana qofas miti maallaqa ittiin mana kireeffattus dhiirota eessaa dhufaniin jaraa hin beekamne wajjiin ciiftee akka kaffaltu natti himte. Baayyeen gadde, gammachuun isii sun booddeen isaa kana tahe.
Itti fufeen "isiin si jibbiti ati garuu irraa hin fagaattu, maaliifi?" Jedheen sa'aadaa gaafadhe, isiinis deebiftee" Caaltuun intala yataamaadha, ijoollummaan maatii isii dhabde, kanaaf gorsaa fi kunuunsa malee guddatte, isiin waanumaan gorsuuf na jibbite, garuu yeroo na wajji deemtu waan hamaa irra hin buutu, kanumaafiin amala isii dandahee wajjiin deema" jettee naaf deebifte. Sa'aadaan namuma akkamiitii! . Jaalalli isiif qabu dabalaa dhufe. Amala caaltuu an halaala irraa jibbu isiin garuu akka obboleettiitti itti dhiyaattee sirreessuuf tattaafatti!. Kunuunsa sa'aadaa haadhaa fi abbaan baayyeenuu akka hin qabne shakkii hin qabu. Caaltuu adaadaan isiituu dadhabdee of irraa ariite, isiin dandeessee otto dhiyaatti. Kana booda isii gargaaree Caaltuu rakkoo kana keessaa baasuuf murteeffadhe. Otuu jennuu waa'ee Sa'aadaa kanan isinitti hin himintu jira. Maatiin Sa'aadaa sooreyyiidha, obboleeyyan isii dhimma islaamummaa hin beekan, Abbaa fi haati isiis akkasuma.
Isiin ammoo jara hundarraahuu adda, kitaabban isiin dubbiftu, chaanaaliin TV isiin ilaaltu, wanti hundi isii islaamummaa urgaaya. Guyyaa tokko wal qabannee gara mana kiraa Caaltuu imalle.......#Kutaan_9ffaan itti fufa!!

Vaayrasii Koroonaa
(Covid-19)
Dhukkubni covid-19 kun nama ajjeesuuf
-------------------------------------------------------------- otoo hin taane nama jiraachisuuf dhufe!!
----------------------------------------------------------------
By Abdulaziz Ahmeddiin
Alhamdulillaah Alhamdulillah Summa
Alhamdulillaah Alhamdulillah
Otuu anaa fi ati lubbuun jirruu Rabbiin balaa kana fidee garuu hanga guyyaa harraa nu tursiisuu isaatiif Alhamdulillaah!
Akkuma beekamu balleessaa, daangaa darbinsa, hammeenya, jallina...ilmi namaa hojjetuun balaan dhukkuba kanaa addunyaa raasaa jira,. Weerarri dhukkuba kanaa erga addunyaa tana irra faca'ee booda warri Rabbiin qalbii isaanii xiqqoos ta'u imaana keessa isaanii kaa'e hatattamaan gama Rabbii isaanii deebi'anii jiru. Qalbiin keenya gogee, keessi keenya zikrii irraa fagaachuun onee, jireenya beeyladaa fakkaatu jiraachuu jalqabnee turre.
إنَّ فِي ذَالِكَ لاؑیٰتٍ لِقَومٍ یَعقِلونَ
Achi keessa (aayatoota Rabbii keessa) mallattoolee (raajii) Rabbiitu jira warra waa hubachuu danda'aniif(suuraa ruum 24)!!
Rabbiin hedduu keenya dammaqsee jira,
Masjidatti deddeebi'uu nuuf laaffisee jira
Quraana isaa xiqqaatus qara'uu jalqabnee jirra
Salaanni jama'aa kan dur caalaa dabalee jira.
Rabbiin zakkaruun , yaadachuun, araarama kadhachuun, toowbaa itti deebi'uun, ....muraasa keenyaaf laafee jira.
Qabeenya qabnu irraa xiqqaattus kennachuun jalqabamee jira.
Hunda caalaa immoo , erga balaan kun dhagahamuu jalqabe as haraam hojjechuu irraa fagaannee jirra, hamtuu yaaduu fi hojjechuun nu sodaachisuu jalqabee jira,
Walumaagalatti nabsiyyaan teenya wantoota Rabbiin jibbu dhiiftee gara wantoota Rabbiin jaalatatuutti harkifamuu jalqabdee jirti. Dhugumaan Rabbiin towbaa keenya nurraa qeeballaan, nuuf araaramnaan, kutannoon keenyas kutannoo sirrii taanaan👇👇👇👇👇👇
Maarree jireenyi kana caalu eessa jiraa!!!?
Akka kanaan duutus qaama keetu du'a malee qalbiin(nafseen) tee qabdii keessattis caffee jannataa boraafachaa, fooddaan immoo dhangaa jannataa dhandhamachaa yaa Rabbii qiyaamaa dhaabi jettee du'aa'ii godhatti!!!
Otuu otoo Rabbiin musiibaa tana fidee nu dammaqsuu baatee, haraam irraa nu fageessuu baatee, kheeyrii nuuf mijeessu baatee, sila qaama keenyatu jira malee qalbiin(lubbuun) teenya duutee turte,
Kanaaf Dhukkubni hamaan kun nu qalbii teenya nu fayyisuuf Rabbiin nuuf erge!!!!
Rabbiin kana caalaa nu hin qorin, nuuf gahaa karaa isaa irratti istiqaamaa nuuf kennee dhibee fi balaa hunda jalaa najaa nuhaa baasu!!!!
Garuu👇👇👇👇👇👇👇👇
Kan harras of hin yaadatin, Kan harras mana Rabbii dheessaa jiru, kan harras haraam irraa hin fagaatin, kan harras zikrii Rabbii isaa dadhabe, kan harras quraanni Rabbii natti hin buune jedhee isa komatu...
Carraan kee hamma lubbuun tee dachee kana irra jiruun numa jira, dammaqnee gama Rabbii keenyaa haa deebinuu!!!!!!

Forwarded from Kena
🌹 Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @islamicpr qunnamaa!!

Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
OSOO IJJI SIN BOONNEE DUBBISTEE NI FIXXAA ?? 😭😭😭😔😒😒:)
@Gaaddisa_Dhugaa
Dubbistee "Share gootu malee biran dabrin JZK,
Haadhatu micayyoo isiitiin Akkana jettiin.
💝-YAA INTALA TIYYA-💝
⏩Guyyaa ani haala ammaa khanarraa jijiiramee
dulloome Naaf beekhi naaf obsi.
⏩Osoon nyaata nyaadhu yoon Uffata Ifirraa balleesse yaroon uffata khiyya jijiirachuu dadhabu naaf obsi.
⏩Yaroo an waan khana hunda oson si barsiisuuf fixee yaadadhu.
⏩Yaroo waan takka naaf himtee naaf hin gallee waa irra dadeebi’u naaf obsi na dhageefadhu Ani gaafan ati xiqqoo yaroo hunda waa irra dadeebitee nagafatta anis gamachuuniin akka barattuuf osoo hin hifanne irra siif deebi’u turee.!!😭
⏩Yaroo Dhiqatuu hin feene nattin-dallaniin....
Gaafa ati xiqqoo sirraa dhiquufiin waan meeqa sitti himee si sosobuu ture.
⏩Yaroo nyaata hin feene nan cinqin yaroon beelaween nyaadhaati.
⏩Yaroo dulloomee miilaan deemu dadhabe Harka khee jaalalaan naaf khanni akkuman guyyaa dura ati deemuu bartu siqabee sibarsiisetti.
⏩Guyyaa takka bekhumaaf teeysa doggogora khiyya khana waliin an gaaruman siif yaadadha
⏩Naaf obsi deeminsafii nyaata khiyya cufarratti nagargaari akkuman an sibarsiisetti.
⏩Na cinaa jiraadhu akkaan Rabbii khiyya nagayaan qunnamu.
Yoo haadha kee jaalatte risaalaa kana share godhi
Channelii keessan kana👇join godhaa
T.me/Gaaddisa_dhugaa

Dhagayaa waldhageessisaa .
👇👇👇👇👇👇👇👇
Amantiin Islaamaa Amantii nagayaati amantii jaalalaafi kabajaati 🌹'Abbaan fedhe haa Amanu Abbaan fedhe haa Amanuu dhabu '🌹haasawa Rabbiiti (S.W )
Namni amantii Islaamaa balleessuf yaaddu hundi of eegi shira xaxxu kana dhiisi dhiisuu diddu Du'aa'iin ummata Kana lafarraa si haqxi .hubadhuu laali waa'ee ummata masjida mooxarratti wanta ta'aa jiruufi Biyyoota gurguddoo ana malee maaltu jira jetturratti Rabbiin dalagaa jiru.
☪yaa Allaah ☪
Nasriin tee kaluudha
💫💫💫💫💫💫💫💫💫💫
👇👇👇👇👇👇👇👇
Amantiin Islaamaa Amantii nagayaati amantii jaalalaafi kabajaati 🌹'Abbaan fedhe haa Amanu Abbaan fedhe haa Amanuu dhabu '🌹haasawa Rabbiiti (S.W )
Namni amantii Islaamaa balleessuf yaaddu hundi of eegi shira xaxxu kana dhiisi dhiisuu diddu Du'aa'iin ummata Kana lafarraa si haqxi .hubadhuu laali waa'ee ummata masjida mooxarratti wanta ta'aa jiruufi Biyyoota gurguddoo ana malee maaltu jira jetturratti Rabbiin dalagaa jiru.
☪yaa Allaah ☪
Nasriin tee kaluudha
💫💫💫💫💫💫💫💫💫💫
Forwarded from Kena
🌹 Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @islamicpr qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @islamicpr qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Forwarded from Deleted Account
🌹 Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Anis_baratadha qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Anis_baratadha qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Dhimma Dhibee Vayirasii Koroonaa ilaalchisee Fatwaa Mana Maree Ulamoota Ityoophiyaa irraa kenname
1.Namni Vayirasii Koroonaatiin qabame yookaan ammoo Vayirasichaan qabamuun isaa shakkame kamiyyuu, Salaata Jum’aatis ta’ee salaata Jama’aa salaatuuf, yookaan Barnoota Diiniitiif gara Masaajidaa yookaan ammoo iddoo namni heddu itti walitti qabamu dhaquun dhoorkaadha.
2.Namni Muslimaa kamiyyuu yeroo dhibeen kun haala sodaachisaa irra gahe kana keessatti Salaata Jum’aatis tahee kan Jama’aa irraa hafuun Shari’atti hayyamamaadha. Namni Kamiyyuu mana isaatti salaatuu ni danda’a.
3.Gorsaa fi Qajeelfama Dhaabbileen Fayyaa fi qaama dhimmi ilaallatu irraa kennamu fudhatanii hojii irra oolchuun dirqama amantaati.
4.Imaamonni Masjidaa, Ulamoonni fi Du’aatonni hawaasni Muslimaa gara Rabbii isaa deebi’ee araarama akka kadhatu; Sadaqaa akka kennatu akkasumas Du’aa’ii akka godhatu akka barsiistan isin gaafanna.
Allaah (S.W.) Dhukkuba kana akka nurraa kaasu; Biyya keennaa fi Ummata keenna hamtuu hunda irraa akka nuuf tiksu kadhanna. Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu.
https://t.me/Sammaan
Maddi:-@Nuuralhudaa
1.Namni Vayirasii Koroonaatiin qabame yookaan ammoo Vayirasichaan qabamuun isaa shakkame kamiyyuu, Salaata Jum’aatis ta’ee salaata Jama’aa salaatuuf, yookaan Barnoota Diiniitiif gara Masaajidaa yookaan ammoo iddoo namni heddu itti walitti qabamu dhaquun dhoorkaadha.
2.Namni Muslimaa kamiyyuu yeroo dhibeen kun haala sodaachisaa irra gahe kana keessatti Salaata Jum’aatis tahee kan Jama’aa irraa hafuun Shari’atti hayyamamaadha. Namni Kamiyyuu mana isaatti salaatuu ni danda’a.
3.Gorsaa fi Qajeelfama Dhaabbileen Fayyaa fi qaama dhimmi ilaallatu irraa kennamu fudhatanii hojii irra oolchuun dirqama amantaati.
4.Imaamonni Masjidaa, Ulamoonni fi Du’aatonni hawaasni Muslimaa gara Rabbii isaa deebi’ee araarama akka kadhatu; Sadaqaa akka kennatu akkasumas Du’aa’ii akka godhatu akka barsiistan isin gaafanna.
Allaah (S.W.) Dhukkuba kana akka nurraa kaasu; Biyya keennaa fi Ummata keenna hamtuu hunda irraa akka nuuf tiksu kadhanna. Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu.
https://t.me/Sammaan
Maddi:-@Nuuralhudaa
Telegram
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Forwarded from Kena
🌹 Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @islamicpr qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @islamicpr qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
🛑 Dhugaa jiru: Koronaavaayrasii
1⃣ Vaayrasichi funyaanii fi afaaniin nama keessa seena
2⃣ Vaayrasichi Qoonqoo keessa seenee guyyaa afuriif tura
3⃣ Vaayrasichi Soomba tuqee afuura baafachuu nama dadhabsiisaa
🛑 Mallattoolee Koronaavaayrasii
¤ Dhangala'uu Funyaanii
¤ Qufa'uu
¤ Dhukkuba Qoonqoo
¤ Gubaa Qaamaa
🛑 Mala ittisa Koronaavaayrasii
¤ Yeroo yerootti harka Bishaanii fi Saamunaan sirritti dhiqachuu
¤ Harka hin dhiqamneen afaan. funyaan fi ija keenya tuquu dhiisuu
¤ Nama hammachuu, dhungachuu fi harka fuudhurraa of quusachuu
¤ Bakkee namni baay'atu irraa fagaachuu
¤ Yoo qufaanuu fi haxxifannu nama irraa fagaachuu fi harkatti qabachu
¤ Soorata horii/loonii fi qurxummii hin bilcheeffamin hin nyaatinaa
🛑 Mallattoon Vaayrasii Koronaa yoo nurratti mul'ate;
¤ Sarara bilbilaa bilisa 8335 beeksisuu fi deeggarsa yaalaa gaafachuu
¤ Amma gareen deeggarsa yaalaa nuuf qaqqabutti kutaa tokko keessatti kophaatti of foo'uun turuu
¤ Yoo qufaanuu fi haxxifannu funyaanii fi afaan ciqilee/sooftiin haguuguu
¤ Sooftii fi meeshaalee qulqullinaa itti fayyadamne meeshaa qadaada qabu keessatti gatuu
¤ Kutaa keessa turree fi meeshaalee itti fayyadamne bishaanii fi saamunaan dhiquu
¤ Bakka hundatti tuttufuurraa of qusachuu
♤Rabbiin dhukkuna kana nurraa haa kaasu!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
🤲Yaa Rabbii najaa nu baasi🤲🤲
@Kennaapost
@Kennaapost
T.me/Kennaapost
1⃣ Vaayrasichi funyaanii fi afaaniin nama keessa seena
2⃣ Vaayrasichi Qoonqoo keessa seenee guyyaa afuriif tura
3⃣ Vaayrasichi Soomba tuqee afuura baafachuu nama dadhabsiisaa
🛑 Mallattoolee Koronaavaayrasii
¤ Dhangala'uu Funyaanii
¤ Qufa'uu
¤ Dhukkuba Qoonqoo
¤ Gubaa Qaamaa
🛑 Mala ittisa Koronaavaayrasii
¤ Yeroo yerootti harka Bishaanii fi Saamunaan sirritti dhiqachuu
¤ Harka hin dhiqamneen afaan. funyaan fi ija keenya tuquu dhiisuu
¤ Nama hammachuu, dhungachuu fi harka fuudhurraa of quusachuu
¤ Bakkee namni baay'atu irraa fagaachuu
¤ Yoo qufaanuu fi haxxifannu nama irraa fagaachuu fi harkatti qabachu
¤ Soorata horii/loonii fi qurxummii hin bilcheeffamin hin nyaatinaa
🛑 Mallattoon Vaayrasii Koronaa yoo nurratti mul'ate;
¤ Sarara bilbilaa bilisa 8335 beeksisuu fi deeggarsa yaalaa gaafachuu
¤ Amma gareen deeggarsa yaalaa nuuf qaqqabutti kutaa tokko keessatti kophaatti of foo'uun turuu
¤ Yoo qufaanuu fi haxxifannu funyaanii fi afaan ciqilee/sooftiin haguuguu
¤ Sooftii fi meeshaalee qulqullinaa itti fayyadamne meeshaa qadaada qabu keessatti gatuu
¤ Kutaa keessa turree fi meeshaalee itti fayyadamne bishaanii fi saamunaan dhiquu
¤ Bakka hundatti tuttufuurraa of qusachuu
♤Rabbiin dhukkuna kana nurraa haa kaasu!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
🤲Yaa Rabbii najaa nu baasi🤲🤲
@Kennaapost
@Kennaapost
T.me/Kennaapost
Telegram
KENNAA
KENNAA Dhaloota Qubeetiif!!
Chaanaalii kana irraa👇
👉DA'AWAA
👉ODEEYFANNOO
👉WALALOO
👉ASOOSAMA
👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!!
✍yaadaaf👇
@AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!
Chaanaalii Youtube 👉 https://youtube.com/@kennaatube3465?si=5ATT3Pd
Chaanaalii kana irraa👇
👉DA'AWAA
👉ODEEYFANNOO
👉WALALOO
👉ASOOSAMA
👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!!
✍yaadaaf👇
@AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!
Chaanaalii Youtube 👉 https://youtube.com/@kennaatube3465?si=5ATT3Pd
#GiuseppeConte|
«PM Italy»
🌹🌹Allaahu Akbar🌹🌹
Al Izzatu lillaah
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Dubbii addunyaa guutuu gaddisiise kan muummichi ministeera Xaaliyaanii Giuseppe Conte dubbate.
"Dhibee kana to'achuu hin dandeenye, hamileenis qaamaanis cabnee jirra, kana booda waan gochuu dandeenyu tokkollee hin qabnu, yaalii dachee kanarra jiru mara fayyadamnee yaallee dadhabneerra, Furmaatni nu hafe kan Rabbii qofa dha." jechuun dubbii miira nama tuqu dubbatee jira muummichi ministeera Xaaliyaanii Giuseppe Conte
Rabbi furmaata haa fidu.
Mee du'aa'ii keessaniin bira dhaabbadhaa.
Share gochuun waliif qoodaa.
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu.
https://t.me/Sammaan
Maddi Fursan media.