🍂💎قال النبي ﷺ
( أوَّلُ ما يحاسب به العبد يوم القيامة الصلاة ، فإن صلَحَتْ صلَح له سائر عمله ، وإِنْ فسَدَتْ ، فَسَدَ سائرُ عملِهِ )
صحيح الجامع [2573]
💎🍀Ergamaan Rabbiiﷺ akkana je'e:
" Jalqabni wanni gabrichi isiirraa gaafatamuu guyyaa qiyaamaa salaata, Yoo isiin tolte, Cufti dalagaa saa ni tolti, Yoo isiin badde, Cufti dalagaa saa badde" Je'e.
Sahiiha waliqabataa tahe.
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu.
https://t.me/Sammaan

Telegram
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai

Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
HAADHA BUDDEENAA!!!
√√√√√√√√√√√√√√√√√√√
✍by Abdulaziz Ahmeddiin
Maalan sitti fakkaadhee
Anis bar daa'imumaa
Haadha koon dhabe malee
Kan na uume rabbumaa
Situ amanuu dide malee
Haadhoo koo anis nama
Madaala ija waaqaatiin
Mucaakeetiin qixuma!!!
Ija natti hin baasinii
Qad-qabadhu ija kee
Hammeenyaan na hin laalinii
Of toohadhu Miira kee!!!!!
Toltuudhuma naaf yaadi
Akkuma ijoollee kee!!!!!
Waaqatu fudhate harmee
Kan harma na hoosiftuu
Otoo ishiin jiraattee harra
Kophummaan na hin mudatu
Jaaladhee hin yataamofnee
Atimaaliif na hin hubattuu
Haadhan joollummaan dhabe
Maaliif bakka naaf hin buutuu?
Anis nan fedha harmee
Naaf sukkuumtu mataakoo
Kan isii hin gammachiifne
Daaree daalachaa'uun koo
Kan isii hin hifachiifne
Amalaa fi hammeenyi koo
Tan dubbiidhaanis na hin miine
Tan naan jettu dhalakoo!!!!!!!
Atis akkas naaf ta'i
Na qabadhu ofitti
Gammachuu koo naaf hawwi
Akkuma Dhala keetti!!!!!!!!!!!!
Jechootaan na weerartee
Nahin hambisin karaatti
Dhala kee barsiifachaa
An nahin ergin jabbiitti
Nyaatas gaarii naaf kenni
Hambaa ijoolleetiimitii!!!!
Hojiis qixa nuuf qoodi
Ana hin miidhin kophaatti!!!!!
Yoo ati kana goote
Hinaaffaa injifattee
Akkuma ijoollee Kan kee
yoo ati najaalatte
Ati haadha dhuugaati
Gahee kan kee bahatte
Kunuunfamaa jiraatta
Onnee too keeysa teettee
Boris jannata keessatti
Qubsuma qopheeffatte!!!!!
✍by Abdulaziz Ahmeddiin
@Kennaapost
T.me/Kennaapost
√√√√√√√√√√√√√√√√√√√
✍by Abdulaziz Ahmeddiin
Maalan sitti fakkaadhee
Anis bar daa'imumaa
Haadha koon dhabe malee
Kan na uume rabbumaa
Situ amanuu dide malee
Haadhoo koo anis nama
Madaala ija waaqaatiin
Mucaakeetiin qixuma!!!
Ija natti hin baasinii
Qad-qabadhu ija kee
Hammeenyaan na hin laalinii
Of toohadhu Miira kee!!!!!
Toltuudhuma naaf yaadi
Akkuma ijoollee kee!!!!!
Waaqatu fudhate harmee
Kan harma na hoosiftuu
Otoo ishiin jiraattee harra
Kophummaan na hin mudatu
Jaaladhee hin yataamofnee
Atimaaliif na hin hubattuu
Haadhan joollummaan dhabe
Maaliif bakka naaf hin buutuu?
Anis nan fedha harmee
Naaf sukkuumtu mataakoo
Kan isii hin gammachiifne
Daaree daalachaa'uun koo
Kan isii hin hifachiifne
Amalaa fi hammeenyi koo
Tan dubbiidhaanis na hin miine
Tan naan jettu dhalakoo!!!!!!!
Atis akkas naaf ta'i
Na qabadhu ofitti
Gammachuu koo naaf hawwi
Akkuma Dhala keetti!!!!!!!!!!!!
Jechootaan na weerartee
Nahin hambisin karaatti
Dhala kee barsiifachaa
An nahin ergin jabbiitti
Nyaatas gaarii naaf kenni
Hambaa ijoolleetiimitii!!!!
Hojiis qixa nuuf qoodi
Ana hin miidhin kophaatti!!!!!
Yoo ati kana goote
Hinaaffaa injifattee
Akkuma ijoollee Kan kee
yoo ati najaalatte
Ati haadha dhuugaati
Gahee kan kee bahatte
Kunuunfamaa jiraatta
Onnee too keeysa teettee
Boris jannata keessatti
Qubsuma qopheeffatte!!!!!
✍by Abdulaziz Ahmeddiin
@Kennaapost
T.me/Kennaapost
Telegram
KENNAA
KENNAA Dhaloota Qubeetiif!!
Chaanaalii kana irraa👇
👉DA'AWAA
👉ODEEYFANNOO
👉WALALOO
👉ASOOSAMA
👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!!
✍yaadaaf👇
@AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!
Chaanaalii Youtube 👉 https://youtube.com/@kennaatube3465?si=5ATT3Pd

Forwarded from Kena
🌹 Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @islamicpr qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

As wr wb @Ibnu_hajar
بسم الله الرحمن الرحيم
Amrii Rabbii ykn Ajaja Rabbii
bakkitti baqatan hin jirtu
Baqattees hin dandeessu
dhukkubni Amrii Rabbiiti
Amrii Rabbiitti haa Amannu
Gara rabbiitti haa deebinu
Ibaadaaf du aayii ha baayyifnu
Ilmi namaa jireenya keessatti jiruu mijaa’inaa rakkoon keessa hin jirre barbaada. Wanta jiruu tana keessatti hawwu keessaa tokko Aangoo bareedaa qabachuu ykn gamoo guddaa garmalee bareedu, keessi isaa bareedinaan guutamee fii alli isaa ashaakiltiin marfameedha. Eeyyee namni gamoo akkanaa jiruu tana keessatti argachuu danda’a. Garuu wantoonni sadii hawwii isaa ni booressu. 1ffaa-Jireenyi tuni iddoo qormaataa waan taateef dhukkubaafii jeequmsi biraa karaa adda addaatin isatti dhufa. 2ffaa- duuti isatti dhufuu dandeessi. 3ffaa- Aangoon ykn gamoon sababa hin beekkamneen jiguu fi baduu danda’a. Kanaafu, gamoo fii Aangoo hin banne, jeequmsi fi duuti keessa hin jirre eessatti argachuu dandaeenya ? Eeyyen, bakki gamoo fi darajaa olaanaa itti argatan Jannata. Garuu Gamoo kana argachuuf ulaagaalee guutamuu qabantu jira. Ulaagaalee sanniin keessaa suuratu Az-Zumar haala walii galaatiin ni ibsiti
Chaanaal keenya kana
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://telegram.me/keyralumma
👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆
Join nuuf godhaa namallee
Nuuf affeeraa barumsa erraa argadhaa isiiniin jenna

🔊KEYRAL-UMMA-TUBE
«Chaanalii Da'waa Fi Barnootaa
@Keyralumma @Ibnutemiya6
Page FB👇 like follow gochuuf
https://www.facebook.com/keyralumma Page
Youtube 👇Channel Subscribe godhuuf
https://youtu.be/N18nEwEcoZY
Yaadaaf @Keyralumma_bot

UMRII NABIYYOOTA RABBII
""""""""""""-----------------""""""""""""""
✅📚Nabi Aadam (a.s) waggaa 1000ture
✅📚Nabi Nuuh (a.s)waggaa 950ture
✅📚Nabi Saalih (a.s)waggaa 586ture
✅📚Nabi Shu'eeybi (a.s)waggaa 882ture
✅📚Nabi Idriis (a.s) waggaa 355ture
✅📚Nabi Huud (a.s)waggaa 265ture
✅📚Nabi Ibraahim(a.s)waggaa 195ture
✅📚Nabi Ishaaq (a.s)waggaa 120ture
✅📚Nabi Ismaa'ii (a.s)waggaa 13ture
✅📚Nabi Ya'aquub (a.s)waggaa 139tute
✅📚Nabi Yuusuf (a.s)waggaa 110ture
✅📚Nabi Suleeymaan (a.s)waggaa 195ture
✅📚Nabi Ayyuub (a.s)waggaa 146ture
✅📚Nabi Muusaa (a.s)waggaa 125ture
✅📚Nabi Haarun (a.s) waggaa 119ture
✅📚Nabi Zakariyyaa (a.s)waggaa 207ture
✅📚Nabi Yahyaa (a.s)waggaa 95ture
✅📚Nabi Muhammad (S .A.W) waggaa 63 turan
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹✍✍✍✍
https://t.me/Rabbiiftai
@Dawaaqalbii

Seman Abdurehman
Nama taatee nama hin tuffatin nama sanillee Rabbitu uume waan ta'eef.
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
♥️Hinaaffaa Jaalalaa❤️
Gaaf tokko abbaa manaa fi haadha warraatu taa'anii wajjiin hirbaata(hiraata) nyaachaa jiru. Jarri lachanuu baayyee wal jaalatu.
Otuma nyaachaa jiranii haati warraa gidduun gaaffii gaafatte!!
🙋H,W, Habiibii ati yeroo na fuutu sana onnee keetirraa najaalattee turte mitii??
🙋♂Eeka, onneema koo irraan sijaaladhee si fuudhe, habiibtii!
🙋Garuu ana malee dubartii biraa hin beektu mitii??
🙆♂Iiih iih , akka rifachuu tahee
Dhugaa dubbachuuf..
.
.
.
.dubartii tokkotu jirti kanan eenyumayyuu caalaa jaaladhu, kanan bakka guddaa kennuuf..
🤦♀Maaaaaaal 😁😁😁
Ati Rabbumallee hin sodaattuu?
Eenyuma isheen❓❓❓❓
🤷♂Innis suuta tasgabbaayee, isheen
.
.
.
.Harmee(Haadha,Ummaa, Aayyoo) tiyya jedheen,😄😄😄😄😄😄😄😄
👩⚖Uuuuuuh Maaluman sitti balleesse, an immoo waan ati dubartii biraa na gubbaan jaalatten sehee🙏🙏🙏
🙅♂Lakki ati kennaa Rabbiin natti arjoomedha, maalumaaniyyuu sihin jijjiiru, jedheenii nyaata isaanii wal guurshaa itti fufan!❤❤❤❤❤
🌹Nuti immoo jara kanaaf gorsa sadi daballaaf
1, Nyaata irratti hin haasa'inaa, keessumattuu haasaa keessa rifaatuun jirtu ka akkanaa!!
2, Dhiirri dandeettii biological fi economically qabu hanga afuriitti fuudhuu Rabbitu heyyameefii kanaaf jettanii hamma kana nahuun(rifachuun) aad-maleedha,
3, Jaalala keessan kana namni hedduun asi irraa dubbisee akka ija hinaaffaan isin hin ilaalle, galgala galgala du'aa'ii godhadhaa rafaa😍😍
👉Kan hin fuudhin fuudhaa, Jan Fuutan jaalalaan wajjiin jiraadhaa 👍
Yoo isinitti tole share waliif godhaa!!
@Kennaapost @Kennaapost
T.me/Kennaapost
Gaaf tokko abbaa manaa fi haadha warraatu taa'anii wajjiin hirbaata(hiraata) nyaachaa jiru. Jarri lachanuu baayyee wal jaalatu.
Otuma nyaachaa jiranii haati warraa gidduun gaaffii gaafatte!!
🙋H,W, Habiibii ati yeroo na fuutu sana onnee keetirraa najaalattee turte mitii??
🙋♂Eeka, onneema koo irraan sijaaladhee si fuudhe, habiibtii!
🙋Garuu ana malee dubartii biraa hin beektu mitii??
🙆♂Iiih iih , akka rifachuu tahee
Dhugaa dubbachuuf..
.
.
.
.dubartii tokkotu jirti kanan eenyumayyuu caalaa jaaladhu, kanan bakka guddaa kennuuf..
🤦♀Maaaaaaal 😁😁😁
Ati Rabbumallee hin sodaattuu?
Eenyuma isheen❓❓❓❓
🤷♂Innis suuta tasgabbaayee, isheen
.
.
.
.Harmee(Haadha,Ummaa, Aayyoo) tiyya jedheen,😄😄😄😄😄😄😄😄
👩⚖Uuuuuuh Maaluman sitti balleesse, an immoo waan ati dubartii biraa na gubbaan jaalatten sehee🙏🙏🙏
🙅♂Lakki ati kennaa Rabbiin natti arjoomedha, maalumaaniyyuu sihin jijjiiru, jedheenii nyaata isaanii wal guurshaa itti fufan!❤❤❤❤❤
🌹Nuti immoo jara kanaaf gorsa sadi daballaaf
1, Nyaata irratti hin haasa'inaa, keessumattuu haasaa keessa rifaatuun jirtu ka akkanaa!!
2, Dhiirri dandeettii biological fi economically qabu hanga afuriitti fuudhuu Rabbitu heyyameefii kanaaf jettanii hamma kana nahuun(rifachuun) aad-maleedha,
3, Jaalala keessan kana namni hedduun asi irraa dubbisee akka ija hinaaffaan isin hin ilaalle, galgala galgala du'aa'ii godhadhaa rafaa😍😍
👉Kan hin fuudhin fuudhaa, Jan Fuutan jaalalaan wajjiin jiraadhaa 👍
Yoo isinitti tole share waliif godhaa!!
@Kennaapost @Kennaapost
T.me/Kennaapost
Telegram
KENNAA
KENNAA Dhaloota Qubeetiif!!
Chaanaalii kana irraa👇
👉DA'AWAA
👉ODEEYFANNOO
👉WALALOO
👉ASOOSAMA
👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!!
✍yaadaaf👇
@AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!
Chaanaalii Youtube 👉 https://youtube.com/@kennaatube3465?si=5ATT3Pd
Chaanaalii kana irraa👇
👉DA'AWAA
👉ODEEYFANNOO
👉WALALOO
👉ASOOSAMA
👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!!
✍yaadaaf👇
@AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!
Chaanaalii Youtube 👉 https://youtube.com/@kennaatube3465?si=5ATT3Pd
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
🌹AZIIZAA🌹
Seenaa Jireenyaa Ajaa'ibaa
✍by Abdulaziz Ahmeddiin
#Kutaa_6ffaa!
Otuma teenyee haasofnuu ijoolleen dhufuu jalqabanii jiru. Tasa sagalee "Azu Assalaamu Aleeykum " jedhu dhagaye. Oljedhee ilaallaan jamaali. An rifadheen callise. Sa'aadaan garuu "wa Aleeykum selam Warahmatullaahi Wabarakaatuhu" jettee deebifteef. Kan nama dhibu immoo Caaltuunis isa wajjiin dhufte, firummaan isaanii kun tasa naaf hin galle. Kunis isii gahuu dinnaan "maali ati salaamtaa hin deebiftuu?, moo tuffiidha?" naan jette. Maaliif akka tahe hin beeku caaltuu jibbaan jira, "nu keessaa namni tokko deebifnaan ni gaha" jedheen jalaa callise. Sadan isaanii achumatti dhiiseen deemee daree barnoota (kilaasii) seenee taa'e. Jamaal gara daree isaa deeme. Sa'aadaa fi Caaltuun wal qabatanii dhufan. Sa'aadaan dhaabbattee ijoollee haaraa harra dhufan dubbisaa jirti. Gidduun Caaltuun daftee dhuftee na biraan teeyse. An isumahuu argaa jibbaan jira. Sagalee gad-qabattee natti haasaa jalqabde , "Yaa Azuu !! Jamaal hedduu si jaalata, halkanii fi guyyaa waanuma keeti yaada, naguma daree seene malee takka barachaa hin jiru, bifaanis bareedaadha, dafii osoo inni hin miidhamne deebii kenniif" jettee ammaas xalayaa haaraa takka natti kennitee kaatee bakka isiitti deemte.
Guyyicha barnoota muraasa barannee yeroon galle, barsiisonni muraasni waan hin dhufiniif. Ergan manatti galee booda xalayicha baneen dubbise. Jechoota mimmi'aawoo, barreeyfama mimmiidhagaa, suura tokko tokko itti dabaluun hedduu faayee erge. Garuu ammas miira haaraatu natti dhagahame.
Jechoonni kunniin yeroon salaatus qalbii keessa na deddeebi'uu jalqabe. Galgalas yaadda'aan bule. Barii subhiin osoo hin gahin ka'een wudu'a guuttadhee xiqqoo quraana qara'e. Yeroo subhiin gahus raka'aa lamaan sunnaa salaateen du'aa'ii godhadhe. Xiqqoo yaadni narraa hir'ate.
Ganamaan m/barumsaa deeme. Akka carraa ta'ee sa'aadaan hin dhufne. Caaltuu fi Jamaal wajjiin dhufan. Harra kophaatti na argatan. Jamaal dhufee "Assalaamu Aleeykum " naan jedhe , sagalee xiqqeeyseen "Wa Aleeykum selam " jedhee gabaabsee deebiseef. "Maali faxara(ciree) hin nyaannee"? naan jette Caaltuun. "Lakki nyaadhe " jedheen callise. Jamaalis fuuldura koo gad-taa'ee waa'ee barnoota na gaafachuu eegale. Anis gaaffii hundaafuu deebii gabaabaa "ee, akkasi, lakki....." deebisuufii malee ol jedheetuu hin ilaalu.
Dhiisee biraa deemuuf Caaltuun darettis najala dhufuun isii hin oolu, haasaa isii irra kanuma Jamaal naaf wayya jedheen taa'e. "Yaa Sa'aadaa!! Maalumaaf hafte harra" jedheen of keessatti ofiin guungume.
Gidduu gidduun ol jedheen fuula keessa ilaaluu jalqabe, dhuguma bareedaadha. Keessumaa Mallattoon sujuudaa adda isaa irra jiru hedduu na hawwate. Gidduun bilbilamee jennaan gara daree deemne.
Caaltuun daftee bakka sa'aadaa na bira teeyse. Barsiisaan pireedii tokkoffaa harras hin jiru. Carraa kana argattee haasaa jalqabde. "Kan alattuu jibbantu mana nama wajjiin gala " jedhama mitii, anis filannoo biraa waananiin hin qabneef wajjiin haasawuu jalqabe. Waa'ee Jamaal deddeebiftee kaniin beekuu olitti natti himti.
Anis gidduun "ati jaalallee ni qabdaa?" Jedheen gaafadhe. Xiqqoo rifattee daftee seeqattee........#Kutaan_7ffaan itti fufa!!
Yaadaaf @AbdiiBiyyaa

KOROONAA VAAYRAS
Mee Yeroo xiqqoo qabdu kennii dubbisi
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
By Abdulaziz Ahmeddiin
Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu
هَل یَنظُرُونَ إلاَ أن تاؑتِیَهُمُ الملاٰءکَة او یاؒتیَ رَبُّكَ او یاؑتِیَ بَعضُ ءایٰتِ رَبّكَ ; یَومَ یاؑتِی بَعضُ اایٰتِ رَبِّك لا یَنفَعُ نَفساً إیمٰنُها لم تَکُن ءامَنَت مِن قَبلُ او کسَبَت فِی إیمٰنها خَیراً قُل انتَظِرُو إناّ مُنتَظِرُون۰ (سورة الانعام ۱۵۸)
Sila hin arganii(mallattoolee Rabbii kanneen ergamaa jiran kana hin ilaalanii),
Yoo malaayikaan lubbuu fuudhu isaaniitti dhufe malee, yookiin hanga qiyaamaan geeysee Rabbiin subhaanahu wata'aalaa isaanitti dhufutti, yookaa immoo hanga mallattooleen qiyaamaa gurguddoon isaanitti dhuftutti ,
Guyyaa mallattooleen gurguddoon qiyaamaa argaman sana amanuun lubbuu teeysan hin fayyaddu, waan isa irratti hin amaniniin, yookiin immoo waan gaggaarii hin hojjetiniin, jedhiin (yaa ergamaa kiyya) eegaa(guyyaa sana) nutis ni eegna. (Suuraa an'aam 158).
✍Obboloota koo!!
Akkuma aayata quraana irratti ibsametti mallattoolee Rabbii keessaa dhiyeenya kana dhukkuba koroonaa vaayrasii argaa jirra. Kun immoo dallansuu Rabbii isa guddaadha. Garuu anaa fi ati maal hojjechaa jirraa??
✍Hedduun keenya toowbaa gara Rabbii deebi'uun haa turuutii dhukkuba kanaan yeroo guyyaa guutuu nama argan hunda wajjiin qoosan, kolfan, ...argaa jirra.
Garuu mallattoolee Rabbiitiin qoosuun kufrii uzrii hin qabne nama kafarsiisa!!
Kanaaf namoonni dhimma kanaan qoostan gama Rabbii keessanii deebi'aa!!
✍Yaa obboleessa koo!! Obboleettii too!!
Tarii harraaf dhukkubicha irraa bilisa jirra ta'a, garuu mee otoo warra Mallattoon irratti argamee shakkamanii qofatti dhokfamanii taa'aa jiran sana taatee, akkam????
Yookiin immoo warra dhukkubichaan qabamuun mirkanaa'ee jiran keessaa tokko taatee waan maal taatu sitti fakkaataa??
✍Silas nanni islaamaa du'a hin sodaatu, jireenya biyya lafaa bara kanaa irra duuti fooyya'aa ta'uutu mala. Garuu Garuu erga duunee kaafamnee maaltu nu eeggata laata?
● Yaa obboleessa islaamaa kan salaanni itti ulfaatee guyyaa jumu'aa fi bakka wal gahii qofatti qaanfii namaatiif qofa salaattu, duuti beellama hin qabdu hammam of fooyyessuuf yaalaa jirtaa??
●Yaa obboleessa muslimaa, salaanni dhiiraa masjidatti, salaata shanan keessaa isa kam kam jama'aa wajjiin salaataa jirtaa!
●Guyyatti yeroo shan masjida irraa azaanni lallabama garuu ati meeqaaf owwaattee masjida dhaqxee salaataa jirtaa
●Dhuguma hojiin duniyaa ati sababa godhattee masjida irraa haftuuf kun salaata siif caaltii???
●Yaa Obboleettii islaamaa tan uffata Shari'aa uffachuun sitti ulfaatee kaafiratti fakkaachuuf jara hordofaa ooltu, harra yeroo Rabbiin dirqamaan kaafirtoota hundatti niqaaba uffisu kana toowbatte moo bakkuma durii jirtaa!!
●Yaa jarri saala faallaa (ajnabiyyaa) taatanii akka barbaaddan daangaa Rabbii cabsaa ooltan, harra yeroo Rabbiin balaa fidee , abbaa manaa fi haati manaa, haadhaa fi ilmoon wal dheeysan kana toowbatte moo bakkuma durii jirtaa!!??
✍Walumaagalatti, Yaa obboloota koo balaan dhufu hunduu kheeyrumaafi, namni gamni waan dhufu fagootti ilaalee irraa barata, gowwaan garuu hanga isa irra geessutti hin argu. Kanaaf abboonni keenya "gamna bira dhahanii gowwaa dhahanii itti himu" jedhu.
✍Wanti kaleessa fagootti ilaallu amma dhufee balbala keenya gahee jira, garuu qophiin keenya maal fakkaata.
■Saamunaan harka akkuma dhiqannu toowbaadhaan dilii irraa qalbii teenya haa dhiqannuu. Guyyatti yeroo shan Rabbiif jecha haa wudu'annuu, haa salaannuu!
■ Akkuma nama vaayrasiin kun qabe baqannu mee Wantoota Rabbiin haraam godhe haa baqannuu.
■Otoo vaayrasii kanaan shakkamtee kophatti sin baafne Halkan kophaa ol kaanee Rabbii keenyatti haa iyyannuu!!
■Salaata Subhii jama'aan salaannee tika Rabbii jala haa oolluu!!!
OTOON HAR'A DU'EE ?????
Mee hundi keenyayyuu Otoon harra du'ee jannata moo jahannama seennaa!!!!?????
Gaaffii kana deebisuuf oolmaa fi bultii keenya guyyaa guyyaa haa hordofnuu!!!
👉Yoon dogoggore na sirreeysaa
👉@AbdiiBiyyaa
YAA RABBII NU QAJEELCHI
NUUF QAJEELCHI!!!!!!!!!!!!!!!!
DALLANSUU TEE JALAA NAJAA NU BAASI
🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲@Kennaapost
@Kennaapot

🔶Waanti atti Rabbiif jechaa hojjattu takka yeroo Mara siifi Nama biraas Numa gammachiifti garuu na haa arganiif taanaan bilaasha ykn faayida maleessa. Waan hojjattu keessatti Rabbii kee sodaadhu malee namni maal naan jedha jettee hin cinqamin.🎄🎄🎄🎄🎄🎄🎄🎄🎄🎄🎄🎄🎄🎄🎄🎄🎄🎄🎄🎄🎄🎄🎄🎄🎄🎄
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
🌹AZIIZAA 🌹
Seenaa Jireenyaa Ajaa'ibaa
#Kutaa_7ffaa
✍by Abdulaziz Ahmeddiin
Anis gidduun "ati jaalallee qabdaa "? Jedheen gaaffii qaxxaamuraa gaafadhe. Xiqqoo rifattee , akkan irratti hin beekneef jettee daftee seeqattee "maaliif na gaafatte" naan jette. Anis deebiseen " wanti kun haaraami, ati garuu haraam irraa na eeguu osoo qabduu akkamitti waan haraamitti seeni naan jetta"? Jedheen gaafadhe. Isiinis ija isii ashaboon dhiqattee " dhugaadha haraami, garuu yeroon keessa jirru yeroo dargaggummaati, Rabbiinis ni beeka, yeroon kun ni darba, amma yeroo kanatti bashannannee booda towbaa gara Rabbii deebi'uu dandeenya" jechaa gorsa isii fakkaatu na gorsuu eegalte. An xiqqoo dandeettii nama mormuu hin qabu kanaaf cal jedheen dhaggeeffadhe. Itti fuftee " an amma jaalallee nin qaba, kaniin jaaladhu, innis baayyee najaalata, akka na fuudhus waadaa naaf galee jira, " naan jette. Itti fufte "ati sa'aadaa ilaaltee hin sobamin!! Isiin yeroo isiitti fayyadamtee bashannantee jirti, harra akkas nama Rabbii fakkaatti malee waggoota lamaan kana eessa akka turte sirrittan beeka,Isiin nama isii hin jaalanne jaalattee barnoota isiituu itti dhabdee jirti, yeroo isii fayyadamtee nuun nu dhoorkuu barbaaddi" jettee sa'aadaa natti hamachuu jalqabde.
Yaa Rabbii seenaa sa'aadaan irraa baradhu jettee himteef isiin immoo akka faallaatti itti fayyadamte, isumayyuu harra isii komatti, "Waa'ee isii dhiisi" jedheen yaada isii gargar kute. Otuma wal morminuu barsiisaan dhufnaan mormiin lolatti jijjiiramuuf ture qabbanaa'e. Kan isin dhibu Caaltuu hamma kana jibbus Jamaal garuu jaalachaan jira. Barnoonni dhumnaan gara manaatti galle. Galgala ishaa'II salaateen du'aa'ii godhadhe, harka kiyya olqabeen Rabbii kiyyatti booye, umrii kanaan gara hin taanetti akka na hin jallifne deddeebi'een kadhadhe, Ammas Rabbiif waadaan seeneef hamma dhuma waggaa kanaatti deebii kamiyyuu akkan jamaaliif hin deebifneef maqaa isaatiin kakadheef!!!
Guyyaa guyyaan caaltuu irraa fagaachuuf jecha sa'aadaa irraahis fagaachuun jalqabe, qu'annaa kootti cimuun naaf laafe, qaraatii kitaabaas ittiin fufe,.
Garuu guyyuu jamaal argu malee yoon gale galgala qu'annaan natti hin tolu, yeroo mara dhokadheen ilaala.Yaa ijoollummaa!!
Akkasuma jejjechaa waggaan dhume, anis qabxii ol aanaa giddu-galeessaa (average 95) fifteen abdii qabxii lama qofaan caalee 1ffaa bahe, garuu kan semestera duraatiin ida'amnaan isatu qabxii 10 n na caale. An xiqqoo itti hinaafus inni garuu baayyee gammade, kennaa addaas bitee naaf kenne. Jamaalis kutaa 6ffaa keessaa 1ffaa akka bahe eenyumayyuu caalaa anatu quba qaba. Yeroon isa bira gahe baayyee fuula itti guureen darba. Ergan bira darbee garuu suuta jedheen garagalee ilaala. Yeroo tokko tokko ijji keenya lamaan wal irra bu'a. Sagantaan cufinsaa geggeeffamaa jira. Badhaasaaf yeroon waamamu maatii kootii fi hiriyyoota koo lamaan(caaltuu fi sa'aadaa) dabalee ammas barsiisota koo irraa kennaan badhaasaa hedduun naaf dhufuu jalqabe. Kanuma keessa Jamaalis dhufee birrii naaf kennee fuuldura ummataatti akkuma obboleessa koo Abdiitti na hammate. Baayyeen aare, namootni hedduun obboleessa koo sehan. Kanan yeroo biraa harkaaniyyuu hin xuqne harra fuuldura ummataatti harka lamaan yeroo natti maramu natti dhagahame. Erga badhaasni dhumatee booda Caaltuun fiigaa dhuftee" nurraa fagaattanii jaalala keessan dhoksaan dhandhamachaa jirtu mitii" naan jette. Otuman itti hin yaadiniin "ee" jedhee deebiseef. Achumaan hunda jaraatiin gargar baane. Jiini lamaan boqonnaa baayyee nutti dheerate. Garuu numa dhume . kutaa 8ffaa jalqabne amma kitaaba buluughaa fixeen jira, Riyaadaa fi Tajriida, akkasumas kitaabban aqiidaa xixiqqoo qara'uu jalqabne jirra.
Guyyaan galmee geenyaan kaanee gara mana barnoota deemne. Ijji koo jalqabaa nama tokko irra bu'e............#kutaan_8ffaan_itti fufa

💎💎💎💎💎💎💎💎💎💎💎💎💎💎TV (televiziyoona) kamiin hordofuu barbaaddu??👇👇👇👇👇
💦💦💦💦💦💦💦💦💦💦💦💦💦
💦💦💦💦💦💦💦💦💦💦💦💦💦
🌹✅Dandeettiin kan rabbiiti✅🌹
👉 Addunyaan ijaaba uffachuu namarratti ilaaluu jibbite har'a kunoo ofiif ijaaba qofa taate
👉Ardiin islaamummaan virusiidha jette virus achii burqaa jira
👉Ardiin qur'aana jibbaa turte har'a kunoo dirqamaan seera qur'aanaa hojjataa jirti
👉Worreen dheengadda ahmaddiin jabal dubartii dubbisuu diduu qeeqan har'a kunoo utuu hin jaallatin nama dubbisuurra dhowwaman
👉 Salaataaf nuti ummanni muslimaa yeroo 5 dhiqachuu ajajamne har'a kunoo addunyaan sodaa dhukkubaatiif 5 ol dhiqachuurratti argamti
👉 Wonti hunduu yeroo eeggata male inuma dhufa Rabbirraa garaa hin muratinaa .
☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️
️JBMAR⭐️
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu.
https://t.me/Sammaan
👉 Addunyaan ijaaba uffachuu namarratti ilaaluu jibbite har'a kunoo ofiif ijaaba qofa taate
👉Ardiin islaamummaan virusiidha jette virus achii burqaa jira
👉Ardiin qur'aana jibbaa turte har'a kunoo dirqamaan seera qur'aanaa hojjataa jirti
👉Worreen dheengadda ahmaddiin jabal dubartii dubbisuu diduu qeeqan har'a kunoo utuu hin jaallatin nama dubbisuurra dhowwaman
👉 Salaataaf nuti ummanni muslimaa yeroo 5 dhiqachuu ajajamne har'a kunoo addunyaan sodaa dhukkubaatiif 5 ol dhiqachuurratti argamti
👉 Wonti hunduu yeroo eeggata male inuma dhufa Rabbirraa garaa hin muratinaa .
☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️
️JBMAR⭐️
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu.
https://t.me/Sammaan
Telegram
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
🍾Shittoon Islaamummaa keessatti Iddoo Akkamii qabdii??
@Gaaddisa_dhugaa
Namnii shittoo Urgeefatee manaa bahuun Isaaf hin Eeyamamiin Eenyu??
Ergamaan Rabbii ﷺ Aduniyaa Tana Irraa waa sadi Akkaan jaaladha jedhan
=Salaata
=Dubartii
=Xiiba, Shittoo Ykn Axiira
Shittoon Jaarsa fi jaartii biratti kabajaa qabdi shittoo urgeeffachuun Qulqullina qaama ofii Eegachuun Iimaana irrayii jedhan Ergamaan rabbii ﷺ
Namni shittoo urgeeffatee manaa bayuun isaaf hin hayamamin Shamarran ykn intala dubraa tan hin heerumin takka shittoo urgeeffattee Manaa bayun shariyaa islaamaa keessatti dhoorkadha🚫
➡Shammarran osoo hin heerumiin urgeffattee Nama dhiira tokko biraan dabrun Zinaatti ykn dhiira tokko haraamatti yaamuu garsiisa jedhan Ergamaan rabbii ﷺ
Dubartii kamiifuu shittoo dibattee urgeefattee manaa bayuun haraami🚫
Shittoo urgeeffatuun Sunnaa Ergamaa Rabbii ﷺ keessaa Isa tokko
=Dubartiin Abbaa manaa Isii yeroo innii manaa bayu uffata isaa qulqulleessiteefii
=Yeroo inni hirriibaaf gara Iddoo Hirriiba Isii Yaroo waamu urgeeffattee iddoo hiriibaa deemuun Sunnaa isaaniiti.
Iddoo Hirribaa Tana hedduu jabeessan hadiisa hedduu keessatti dubbatan Dubartiin teenya garuu akka laafaatti hin ilaalinaa
➡Ergamaan Rabbii ﷺ Akkana jedha Dubartiin takka Yeroo Abbaan manaa isiitiin wolitti mufatte firaasha tokko irraa osoo woliin rafan dugda irraa garagaltee bulte Halkan san guutuu maleeykaan Isii Abaaraa bulti hanga bari'utti jedhan
(Al Iimaamu muttafaquun Aleeyha)
Kanaafuu Obboleettii qaalii Akka maleeykaan siin Abaarre Abbaa manaa kee tiiyfadhu Ajaja isaa guutiif inni si miidhus obsiif rabbiin si milkeeysaa
Rabbiin nama haqa Jaarsa ykn jaartii Keetii Eegee Jannataan milkaayu isiin haa taasisuu
Shar. 🎤. gochun obbolessa kee yaadachiisi
Namni Dalagaa toltuu takka namatti garsiiseefii namttichaan Dalgaa sanitti dalgees Ajiriin Isaa woluma qixa jedhan Ergamaan Rabbii ﷺ
. Barakallaahu fiikum❤
Chaanaalii armaan gadii kana👇tuquun join👇godhaa nu hordofaa
Telegram.me/gaaddisa_dhugaa

🤲Yaa Rabbii Nurraa kaasi😭
🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
By Abdulaziz Ahmeddiin
Yaa Rabbii nuuf birmadhu
Si harka furmaanni keenyaa
Balaadhaaf nu saaxiltee
Hin balleessin booda keenya!!
Daangaa kee cabsinee
Sitti balleessineerra
Lubbuu keenyaan sobamnee
Karaa kee daganneerra
Qulqulluu fi gaarii dhiifnee
Hammeenya filanneerra!!!!
Wal jaaladhaa kee dhiifnee
Tuffii fi jibba qabannee
Waliif gaaromuu dhiifnee
Hammeenya boraafannee
Sababa badii keenyaaf
Kunoo harra rakkannee!!!
Badiin keenya baayyatus
Lafti nu dhaqnu hin jiru
Si tokkicha arjaa malee
Eenyu kan rakkoo furu
Rahmataan nu milladhu
Badii keenya nuuf dhiisi
Nabsiyyaas nuuf qajeelchi
Sheyxan harkaa nuuf baasi
Ebola,Edsiis ta'u koroonaa
Dhukkuboota vaayrsiii
Kan nu argineefi hin argin
Ati nu beekta hunda isii
Humnaa fi jabeenya keetiin
Yaa Rabbii ati nurraa kaasii!!
Aamiin Aamiin summa Aamiin
🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭