Dawaa Qalbii
8.9K subscribers
2.18K photos
37 videos
42 files
2.91K links
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓

@Rabbiiftai
Download Telegram
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa) via @like
JUMU'AA MUBARAK
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

@Kennaapost

Jumu'aa milkiidhaa
Isa badhaadhinaa
Warri maatii #KENNAA
Kana isiniif hawwinaa!!

Bariidhumaan subhii
Jama'aan salaataa
Nabiyyii irratti buusaa
Nagayaa fi Rahmataa

Qorra hin sodaatinaa
Dhagnallee dhiqadhaa
Qulqullinaaf tolaa
Ilkaan suwaakkadhaa

Waan manaa qabdaniin
Qaamas urgeeffadhaa
Hundi haa bareeduu
Qeensallee qoradhaa!!!!

Suuratul khahafiin
Ammas haa qaraanuu
Waanuma qabnurraa
Dhabaaf haa kenninuu
Barfachuun maletti
Masjida haa deemnuu

Rabbiin hunda keenyaaf
Kheeyrii nuuf haa Roobsuu
Toltuu nutti qabee
Hamtuu haa fageessuu
Biyyaaf naannoo keenyaaf
Nagaa nuuf haa buusuu!!!!

Share share share
@Kennaapost @Kennaapost
T.me/Kennaapost
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
🌹ODUU GAMMACHIISAA🌹
بلغو عنی ولوکان اٰیة
👍Affeeraa namoota namoota dandeettii ogummaa barreeffamaatiin hawaasa fi amantii keessan tajaajiluuf fedha qabdan hundaaf!!!
Chaanaaliin keenya namoota yeroo fi beekumsa qaban islaamummaaf oolchuu barbaadaniif beekamtii kennee gama chaanaalii #KENNAA_DHALOOTA_QUBEETIIF jedhutti isin affeeruu barbaada!!!

Ulaagaalee
1, Dhimmi as irratti ergamu hundinuu waan hunda galeessa ta'uu qaba, garuu gonkumaa Shari'aa islaamaa fi safuu hawaasa keenyaa faalleessuu hin qabu.
2, Barreeffamoonni as irratti dhiyaatanis dhimma shariaaf taanaan ragaa qulqulluu fi ifa tahe irraa fudhatamuu qabu.
3, Odeeyfannoowwan Naannoo keessan fi guutuu addunyaa irra jiran hawaasa keenya ni fayyadu taanaan dhiyaachuu danda'u, garuu dhugummaan isaa qulqullaa'uu qaba.
4, Namoonni nu waliin hojjechuu barbaaddan namoota afaan Oromoo sirritti qubeessuu danda'an osoo tahee filatamaadha.
KANAAFUUU
Namoonni dandeettii
👉Walaloo,
👉Asoosamaa,
👉Seenaa(siiraa),
👉Barnoota amantii(da'awaa) ,
👉Odeeyfannoo,.garagaraatiin hawaasa keenya tajaajiluu barbaaddan sa'aatii kamittuu @AbdiiBiyyaa fi
@Kenase_bot
irraan nu qunnamuu dandeessu!!
🙏Koottaa waliin taanee hamma humna keenyaa hawaasa keenya haa tajaajilluu
KENNAA DHALOOTA QUBEETIIF
T.me/Kennaapost
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
AMALOOTA MUNAAFIQOOTAA
🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕

KUTAA 2FFAA
👍👍👍👍👍👍

By Abdulaziz Ahmeddiin
1ffaa👇
وَمِنَ انَّاس مَن یَقول اٰمَنَّا بلّٰله ولیومِل الٰخِر وَماهم بِمُؑمِنینَ
Ilma namaa keessaa warra (sobanii) Rabbii fi guyyaa boriitti amanne jedhantu jiru, garuu isaan hin amanne!! (Albaqara )

Amaloota munaafiqootaa keessaa inni tokkoo fi hangafaa Rabbiin sobuudha. Afaaniin sobanii amanne jedhanii muslimoota fakkaatanii jiraatu. Garuu keessi jaraa hin amanne. Akkuma nama muslimaa kamuu safful awwal(saffii jalqabaa) dhaabbatanii salaatu. Soomas numa soomu, walumaagalatti jarri munaafiqa jedhan kun hojiin jaraa fakkeessuudha.

Rabbiin keenya immoo akka isaan keessaan hin amanne fi fakkeessitoota akka tahan nuuf ibsee jira. Akkuma jarri harra duniyaa irratti muslimoota fi Rabbiinis sobuuf yaalan kana Rabbiinis guyyaa borii(qiyaamaa) galata isaanii jahannama keessaa jala isaan aansa. Siraax gubbaa yeroo darbanis Ibsaan sobaa kennameefii yeroo jarri deemsa jalqabde jalaa dhaama. Jarris nuuf qabsiisaa jettee mu'umintoota kadhatu. Garuu ifaan gaafa sana ibsatamu kan harra duniyaa irratti ibaadaan qophaawe waan ta'eef yericha takkaa si jalaa dhaamnaan hin argamu.

2ffaa👇
یُخَادِعُونَ اللَّه وللذِین اٰمَنو وَمایخدَعونَ اِلاانفُسَهم وما یشعُرون
Rabbiin ganu(jarri munaafiqootaa) ammas mu'umintoota ganu, garuu lubbuudhuma ofii ganan, jarri hin beektu malee(albaqara )

Maarree jarri munaafiqaa kunniin Rabbii isaanii fi mu'umintoota gananii jiru. Hojiin isaanii ganinsa malee wanti biraa hin jiru. Garuu Rabbiin ganuu jechuun karaa biraa of ganuu jechuudha. Uumaa Kee sobdee, ajaja uumaa keetii dhiiftee milkiin eessa jira.
@Kennaapost
T.me/Kennaapost
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
Shakkiin nama baleessaa
Qalbii nama xurreessaa
Soba dhugaa fakkessaa
Nama adaan fageessaa
Kanafuu shakkii ira of fagesaa
Qalbii kessan qulquleessa

Waan xiqqoo guddiftanii
Fagootti hin sodaatinaa
Lafumaa ol kaatanii
Wanta mara hin shakkinaa!!
by Umer shumuud Mahmuud
@Kennaapost
T.me/Kennaapost
Forwarded from Kena
🌹 Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @islamicpr qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
AMALOOTA MUNAAFIQOOTAA
🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕

KUTAA 2FFAA
👍👍👍👍👍👍

By Abdulaziz Ahmeddiin
1ffaa👇
وَمِنَ انَّاس مَن یَقول اٰمَنَّا بلّٰله ولیومِل الٰخِر وَماهم بِمُؑمِنینَ
Ilma namaa keessaa warra (sobanii) Rabbii fi guyyaa boriitti amanne jedhantu jiru, garuu isaan hin amanne!! (Albaqara )

Amaloota munaafiqootaa keessaa inni tokkoo fi hangafaa Rabbiin sobuudha. Afaaniin sobanii amanne jedhanii muslimoota fakkaatanii jiraatu. Garuu keessi jaraa hin amanne. Akkuma nama muslimaa kamuu safful awwal(saffii jalqabaa) dhaabbatanii salaatu. Soomas numa soomu, walumaagalatti jarri munaafiqa jedhan kun hojiin jaraa fakkeessuudha.

Rabbiin keenya immoo akka isaan keessaan hin amanne fi fakkeessitoota akka tahan nuuf ibsee jira. Akkuma jarri harra duniyaa irratti muslimoota fi Rabbiinis sobuuf yaalan kana Rabbiinis guyyaa borii(qiyaamaa) galata isaanii jahannama keessaa jala isaan aansa. Siraax gubbaa yeroo darbanis Ibsaan sobaa kennameefii yeroo jarri deemsa jalqabde jalaa dhaama. Jarris nuuf qabsiisaa jettee mu'umintoota kadhatu. Garuu ifaan gaafa sana ibsatamu kan harra duniyaa irratti ibaadaan qophaawe waan ta'eef yericha takkaa si jalaa dhaamnaan hin argamu.

2ffaa👇
یُخَادِعُونَ اللَّه وللذِین اٰمَنو وَمایخدَعونَ اِلاانفُسَهم وما یشعُرون
Rabbiin ganu(jarri munaafiqootaa) ammas mu'umintoota ganu, garuu lubbuudhuma ofii ganan, jarri hin beektu malee(albaqara )

Maarree jarri munaafiqaa kunniin Rabbii isaanii fi mu'umintoota gananii jiru. Hojiin isaanii ganinsa malee wanti biraa hin jiru. Garuu Rabbiin ganuu jechuun karaa biraa of ganuu jechuudha. Uumaa Kee sobdee, ajaja uumaa keetii dhiiftee milkiin eessa jira.
@Kennaapost
T.me/Kennaapost
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
🔃🔃🔃🔃🔃🔃🔃🔃🔃
#Walaloo_Cidhaa!!

Bagaa wal futaan
Isiin lachuu
Isiniif haa ta,uu
Kan gammachuu
Argadhaa milkii
Biyaa lachuu

Argadhaa ilmaan
Kan diniif ta,uu
Rabii isiniif ha kenuu
Wan isiniif ta,uu

Horaa daraaraa
Hiddaan jabaadhaa
Wal hin aarsinaa
Wal kunuunfadhaa!!

By Umer Shumud Muhammed

Da'awaa fi walaloo argachuuf
👇Join 👇join 👇Join
@Kennaapost
@Kennaapost
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
Æššããlãmūãlēŷkūm💗wãrãhãmããtūllããhi💗wãbãrããkããtūhūū💗Ãhãbãbii fiiłłãh💗💗💗
==================================
Tokko sahaabaa rasuularraa mucaan xiqqaan duraa du"e... sahaabtichi kun rasuula Rabbii bira taa"u kan heddummeysu ture...
Rasullinis (ﷺ ) mucaa du"e san kan jaalatu ture..!!

Yeroo mucaan san du"e abbaan isaa yaada cimaa irratti hiraaree...hanga yaanni isatti cime san rasuula ( ﷺ ) bira dhufuu isaa dhorkutti..!!

Ērgāmāāñ ŕābbii ( ﷺ ): sahaabticha san if biraa dhabnaan akkana ja"eti isa gaafate...
Abalu eeysa kute dhihoo tana isa hin arkine ja"e.? Yaa ergama Rabbii : mucaa saa xiqqaa ati beeytu saniitu duraa du"e ja"aniin sahaabonni...!!

Ērgāmāāñ ŕābbii ( ﷺ ) isa qunnameeti waahee mucaa isaa gaafate ..Ni du"e jachun itti hime..rasuulli (saw) isa sabbarsiisutti seene.)

Eegana rasuulli (ﷺ ) jecha akka inni obsee badhatu isa godhu isaan jachutti seene..
Akkasuma ammaas rabbiin mucaa san duraa fuudhuniis Isaaf keeyriidha jachunitti seene akkana ja"enii...
قَالَ : ( يَا فُلَانُ ، أَيُّمَا كَانَ أَحَبُّ إِلَيْكَ : أَنْ تَمَتَّعَ بِهِ عُمُرَكَ ؟
أَوْ لَا تَأْتِي غَدًا إِلَى بَابٍ مِنْ أَبْوَابِ الْجَنَّةِ إِلَّا وَجَدْتَهُ قَدْ سَبَقَكَ إِلَيْهِ يَفْتَحُهُ لَكَ ؟ ،
قَالَ : يَا نَبِيَّ اللَّهِ ، بَلْ يَسْبِقُنِي إِلَى بَابِ الْجَنَّةِ فَيَفْتَحُهَا لي لَهُوَ أَحَبُّ إِلَيَّ ،,
قال: فَذَاكَ لَك ) .
رواه النسائي (2061) وصححه الألباني في " أحكام الجنائز " .
yaa abalu kamiitu irra siif caala..osoo lubbuun jirtuu itti qanani"udha moo boru hulaa jannata gubbaa oggaa dheeyxe inni si dura dabree siif hulaa san banuudha feeta ja"en..."Sahabtichi: yaa ergamaa Rabbii hulaa jannataatti na dura dabre naaf banuudhaatu gama kiyyatti irra jaalatamadha ja"en..!!!
Ērgāmāāñ ŕābbii (ﷺ): ka ati feetu kana ni arkatta ja"en..!!

#laali akka itti rasuulli ( ﷺ) gurbaarra yaada ittiin oofe sawaaba boruutiin.."


https://t.me/Kennaapost
Forwarded from Kena
🌹 Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @islamicpr qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
🤚🤚🤚
As Wr Wb 🤚
🤚🤚🤚

😭إنا لله وانا إليه راجعون 😭

Yaa Obboleewwan Islaamaa Dhiigni Namaa Akkaan Kabajamaadha
Keessattuu Dhiigni Nama Islaamaa Daran Kabajamaadha

Biyya Hindii Keessatti Haala Suukanneessaa Ta'een Muslimootarratti Dhiibbaa Fi Dhiittaa Godhuudhaan Dhiiga Mulimootaa Lafa Lolaasaa Jiran😭Subhaanallaa😭

⭐️وما نقمو منهم الا انيأمنو بالله العزيز الحميد⭐️

Isaan Wamaa Balleessaniitii Miti Rabbiin Qofatti Amanan Malee.

😭Dhugumatti Yaa Ummata Muslimaa Dhimmi Kun Dhimma Akka Salphaatti Ilaalamuu Miti

Masjiidaa Fi Qabeenyi Isaanis Jalaa Manca'eera Manca'aara

Rasuulli SAW Akkana Jedhan Namni Waa'een Islaamaa Isa Hinyaachifne Nurraayyii Miti Jedhan

Kanaaf Yaa Ummata muslimaa Obboleewwan Keenyaaf Du'aa'ii Dhuunfaa fi Gamtaanis Haagoonuufi
😭⭐️ Guyyaan Boruu Guyyaa Jumu'aati Guyyaa Kana Imaamatti Himuudhaan Kan Imaama Taatanis Akka Du'aa'ii Gootaniif Kabajaan Isin Gaafadha. Kuxbaa Irrattis Jumu'aan Boodas ⭐️😭

Yaa Rabbi Obboleewwan Keenya Dararamaa jiraniif Yaa Allaah Birmadhuuf Yaarrabbi Yaa Allaah.

Yahuudaa Tana Yaarabbi Nurraa Cabsi
⭐️💫⭐️💫⭐️💫⭐️💫⭐️💫
Dhaamsa Kana Waliif Dabaraaa Amaanaa Islaamummaa
💫⭐️💫⭐️💫⭐️💫⭐️💫⭐️


Amaanaa Amaanaa

💫⭐️💫⭐️💫⭐️💫⭐️💫⭐️😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

@Kennaapost
t.me/Kennaapost
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
👉XIINXALUU
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Abdulaziz Ahmeddiin
@AbdiiBiyyaa

وَمَن کَانَ فَي هَٰذِه أَعمَیٰ فَھُوَ فِي الاؑخِرَتِ أعمَيٰ
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

Namni harra asitti(duniyaa irratti) ballaa(Jan ija ittiin haqa argu hin qabne) tahe , ganda aakhiraattis ballaadhuma taha,(Suuraa israa'i 72)

Kabajamtootaa fi jaalatamtoota miseensota chaanaalii #KENNAA akkam jirtu, Alhamdulillaah an nagaa kooti, mee harra immoo dhimma "Xiinxaluu" jedhu kana qabadhee dhiyaadheen jira.

Akkuma beekamu dhalli namaa martinuu carraan jireenya addunyaa kanaaf qabu tokko duwwaadha, isiiniyyuu akkaan gabaabaadha. Kaayyoon gara biyya lafaa kana dhufneefis carraa gabaabduu kana fayyadamnee waan gaarii hojjennee jireenya bara baraa kan zalaalam #jannata dhaaluudha. Hedduun keenya garuu kana dagachuun addunyaa dhumtuu kanaan yeroo sobamu argina. Rabbiin ergamtoota qajeelfamoota guutuu jireenya kana namaaf mijeessu qaban nuuf ergee jira.

Baayyeen keenya garuu heeraa fi seera Shari'aa (halaal fi haraam) otuma nutti himamuu ,otuma dhageenyuu akka nama hin dhagahiniitti callifnee bakkumaa fi haaluma nuhin fakkaanne keessa oolla.

Harra addunyaa irratti aangoodhaan, qabeenyaan, firoomaan, beekamtiidhaan,...waan hedduun sobammee haqaa dhagahuu fi arguu didnee jallataa jirra.

Kan itti ajajamne dhibaa'ummaadhaan fi hubannoo dhabuun hojjechuu dhiisaa
Kan irraa dhoorgamne immoo tuffii fi maal na dhibdeedhaan yeroo keessa boorannutu hedduudha.

Ijji harra haqa arguu didde kun garuu guyyaa boruus haqa hin argitu.
Kanaafuu obboloota koo otuu carraa qabnuu, otuu yeroo qabnuu, otuu dandeettii qabnuu, harra of haa dhaqqabnuu!!

Wantoota itti ajajamne hamma humna keenyaa fi akkaataa duraaduuba isaaniitiin(waajibummaa fi sunnummaa) haa hijjennuu.
Wantoota irraa dhoorgamne immoo harra boru jechuu dhiifnee xiqqoo fi guddoo isii irraa haa fagaannuu. Sababni isaa guyyaan deemsa keenyaa hin beekamu.
Dogoggoroota kanaan dura hojjenneef immoo ulaagaa(shuruuxa) towbaa guunnee Rabbii keenya araarama(dhiifama) haa gaafannuu!!

Rabbiin keenya warra qajeelfama isaatiin hogganamee bor jahannam najaa bahee daangaa jannataa badhaafamu nu haa taasisu!!

Aamiin Aamiin summa Aamiin
🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲

Yoo isinitti tole hiriyyoota keessaniif share godhaa!!
T.me/Kennaapost
🔶 #إذا_رأى_أحدكم_رؤيا .. ماذا يفعل ؟
🌊Namni yoo manaama/abjuu arge maal gochuu qaba?

🍃🌸🍃 🌹🍃🌸🍃

▫️عن أبي سعيدٍ الخُدرِيِّ - رضي الله عنه، قال:
🔄 abbaa sa'idal kidriyyii irra odeffamee, rabbii isarraa haa jaalatuu, jedhe

📝 #قال_النبي ﷺ:

📖 Nabbiyyiin jedhan (SAW)

" إِذَا رَأَى أَحَدُكُمْ رُؤْيَا يُحِبُّهَا، فَإِنَّمَا هِيَ مِنَ اللَّهِ، فَلْيَحْمَدِ اللَّهَ عَلَيْهَا، وَلْيُحَدِّثْ بِهَا،

✏️ Tokkoon keessan yoo arge manaama/abjuu jaalatu, manaamni/abjuun suni rabbi irrayyi, rabbii isaa haa galatoomfatu, manaamicha/abjuu sanas waan argeef, namattillee haa himu.

وَإِذَا رَأَى غَيْرَ ذَلِكَ مِمَّا يَكْرَهُ، فَإِنَّمَا هِيَ مِنَ الشَّيْطَانِ، فَلْيَسْتَعِذْ مِنْ شَرِّهَا، وَلَا يَذْكُرْهَا لِأَحَدٍ ؛ فَإِنَّهَا لَا تَضُرُّهُ "
❗️Yoo kan arge ta'e waan kanaan alaa waan jibbu irraa, manaamichi sheeyxaana irraayyi,Rabbitti haa maganfatu sharrii waan argee irraa, akka nama tokkottillee hin himne,manaamichis isa hin miidhu.

📕 صحيح البخاري (6985)
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
Abii Hureyraa Irraa Odeeffame Rabbii Irra Haa Jaalatu
Ergamaan Rabbi ﷺ Akkana Jedhan:
"""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""
ﻣَﻦْ ﻧَﻔَّﺲَ ﻋَﻦْ ﻣُﺆْﻣِﻦٍ ﻛُﺮْﺑﺔً ﻣِﻦْ ﻛُﺮَﺏِ ﺍﻟﺪُّﻧْﻴﺎ ﻧَﻔَّﺲَ ﺍﻟﻠﻪ ﻋَﻨْﻪُ ﻛُﺮْﺑَﺔً ﻣِﻦْ ﻛُﺮَﺏِ ﻳﻮْﻡِ
ﺍﻟﻘِﻴﺎﻣَﺔِ
Namni Mu'amina Irra Cinqii Adunyaa Takka Dhaamsee Rabbiin
Cinqii Guyyaa Qiyaama Isaa Irraa Deemsisaa Takka Isaa Irra
Fura
ﻭﺍﻟﻠﻪ ﻓﻲ ﻋَﻮْﻥِ ﺍﻟﻌَﺒْﺪِ ﻣﺎ ﻛﺎﻥَ ﺍﻟﻌَﺒْﺪُ ﻓﻲ ﻋَﻮْﻥ ﺃَﺧﻴﻪِ
Rabbiin Gabricha Isaa Gargaaruu Hin Dhiisuu Waan Gabrichii
Isaa Dalagaa Obbolleessa Isaa Gargaaruu Keessaa Jiruun.
ﻭَﻣَﻦْ ﺳَﺘَﺮَ ﻣُﺴْﻠِﻤﺎً ﺳَﺘَﺮَﻩُ ﺍﻟﻠﻪ ﻓﻲ ﺍﻟﺪُّﻧْﻴﺎ ﻭﺍﻵﺧِﺮَﺓِ
Namni Addunyaa Tana Irraati Kafanaa Muslimaati Qabee Yoo
Daare Uwwisee yooka Qaanii/ Ayebii Isaa dhuksee Rabbii
Addunya fi Akerati Isaa Sattara
ﻭَﻣَﻦْ ﺳَﻠَﻚَ ﻃَﺮِﻳﻘﺎ ﻳﻠْﺘَﻤِﺲُ ﻓِﻴﻪِ ﻋِﻠْﻤﺎ ﺳَﻬَّﻞَ ﺍﻟﻠﻪ ﻟَﻪُ ﺑِﻪِ ﻃَﺮِﻳﻘﺎً ﺇﻟﻰ ﺍﻟﺠِﻨَّﺔِ
Namni Beekumsa Haqaa Tokko Barbaaduuf Karra Tokko
Seene Rabbiin Sababa Sanaan Karra Jannataa Isaaf Laaffisa
ﻭﺍﻟﻠﻪ ﻓﻲ ﻋﻮﻥ ﺍﻟﻌﺒﺪ ﻣﺎ ﻛﺎﻥ ﺍﻟﻌﺒﺪ ﻓﻲ ﻋﻮﻥ ﺃﺧﻴﻪ
Rabbiin Gabrichaa Isaa Ni Gargaara Waan Inni
Obboleessa Isaa Gargaareen.
{{ Muslimtu odeesse ﺭﻭﺍﻩ ﻣﺴﻠﻢ }}

Yaa Rabbii Muslimaa Hundaa Bakka Jiruuti Rahamata Godhiif
Dhibee hama Adunyaa yaada keessaa galache jiru kanasi nurraa fudhii yaa Allah
Ati Rahamata Godhaa dhaa

Amiiiiiiin yaa Rabbi

share Join jechun hin dagaatin
@Kennaapost
@Kennaapost

https://t.me/Kennaapost
Forwarded from Kena
🌹 Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @islamicpr qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Breaking👇👇👇
Odeeffannoo march 7,2020
Dhagayaa waldhageessisaa March 15,2020 guyyaa alhadaa ulamaa'a qubsiisuudhaaf qophiin taasifamaa jira maarre nutis gammachuu kana waliin haa qoodannu sagantaa kana irratti ulamaa'ota bebekkamoo fi ustaazonni hedduunis ni argamu jedhamee eeggama. Bal'ina odeeffannoo kana yeroo itti aanutti isiniin geennaimalli keessan @dawaqalbii waliin haa ta'u
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
Yeroon yeroo Rabbitti iyyinudha!!
🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲

Balaan zaalimtootaaf darbatame warra nagaas balleessuun hafa hin qabu.
Dhibeen vaayrasii koroonaa erga chaayinaa irraa burqee booda biyyoota addunyaa hedduu irra faffaca'aa jira.
Sababa dhukkuba kanaa abbaa fi imaan wal dubbisuun hafaa jira.
Waltajjiin muslimoota addunyaa #Makkaan kabajamtuun manni Rabbii tan yeroo kaan lafti nama wal hin geenye kunoo haala kanaan qullaa taatee jirti!
🤲Yaa obboloota koo furmaanni waan hundaa harka Rabbii jira. Fitnaa nurra gahaa jiruuf sababni dilii nuti hojjennu waan ta'eef gama Rabbii deebinee karaatti haa jabaannuu!!
🤲Yaa Rabbii nu qajeelchii nuuf qajeelchi🤲
@Kennaapost @Kennaapost
Breaking👇👇👇
Odeeffannoo march 7,2020
Dhagayaa waldhageessisaa March 15,2020 guyyaa alhadaa ulamaa'a qubsiisuudhaaf qophiin taasifamaa jira maarre nutis gammachuu kana waliin haa qoodannu sagantaa kana irratti ulamaa'ota bebekkamoo fi ustaazonni hedduunis ni argamu jedhamee eeggama. Bal'ina odeeffannoo kana yeroo itti aanutti isiniin biraan geenna inshaa Allaa
Iddoon Arsii Bahaa Roobee diidaa'aa ykn Arsii Roobeeti
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu.
https://t.me/Sammaan
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa) via @like
@Naw???:
Eessa laata kankoo
Qubsumni koo borii
Yeroon qophaa ciisu
Dukkanatti qabrii
Gaafa na dhiisee galu
Maatiin ollaan firri
Maaltu na qunnama
Kayiriidha-moo Sheerrii


Eessa laata kankoo
Gaafan awwaalamu
Guyyaa gaafa qabriitti
Gaaffii gaafatamu
Nakiirifi munkar
Nabira dhaabmu
Deebiin koo maaltaati
Maalan deebisammoo!

Maaltaati carraankoo
Guyyattii qiyaamaa
Islaamummaa irratti moo
Kufriinin kaafama
Yaarabbi yaa allah
Yaa mootii aalamaa
Du'a keenya taasisi
Nuhiidhaa muslimaa
Namni arra du'e
Ta'ee muslimaa
Boru gammachuudhaan
Jennata kee deemaa
Yoo kufriidhaan due
Manni isaa jahannamaa
Namni jahannam dhaqe
salphate dhugumaan
Boowwaa jahannamatti
Qabamee darbama
Dhagaaf Ilma namaan
Ibddi qabsiifama
Hin du'u hindulloomu
Zalaalam gubama
Ibidda hin dhaamneen
Qaamni isaa waadama
Hin yaadatamu laamuu
Achitti dagama
Kan achitti wal-gae
Kaafiraaf zaalimaa
Jaazaan kaafirootaa
Kanaan mindeeffama
Rabbiin nuun haajedhu
Anaaf siniin salaamaa
Abshiraa hin gaddinaa
Keessaan gammachuma
Manni keessan Jennata
Nagaan achi deemaa
Gammachuun jiraadhaa
Qaniis dhamdhamaa
Yaa abbaa rahmataa
Abdiin keenya suma
Kayirii tokko hin qabnu
Keenya du'aaii dhuma
Arjummaa keetu caala
Nu maari yaa rahmaan
Ati nurraa dhiqii
Badii keenya hundumaa
T.me/Kennaapost
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Rakkoon dargaggoota hedduu salaata subhii dhoorku sheeyxaana kana of irraa dadhabuudha.
Furmaanni immoo as jira, daa'wwadhaa hiriyyoota keessaniif share godhaa!!
@Kennaapost
@Kennaapost