Dawaa Qalbii
8.9K subscribers
2.18K photos
37 videos
42 files
2.91K links
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓

@Rabbiiftai
Download Telegram
Forwarded from KENNAA
by💕@ Abdishaal
@Kennaapost
BAAY'EEN JIBBA
------------------------------------
Gaaf walbaran waltuffachu
Har'a argani wal dhungachu!

Aduu dhiiteen walbeellamu
Oso hin hubatin dheekamu!

Shakkii jaalala keessaa
Hacuuccaa ilma hiyyeessaa!

Huccuun nama madaaluu
Hatanii nama ilaaluu!

Daree keessatti muguu
Humna ofii ol dhuguu!

Jette jettee haasa'uu
Dargaggummaan raata'uu!

Dargaggeessa gagamaa
Nyaata marqaa fi dhamaa!

BAAY'EEN JAALADHA
-----------_---------------------------------
Hirriba barii gubbaa
Gara laafettii durbaa!

Kopheef kaalsii qullaa'aa
Dhugaatii diilallaa'aa!

Dadhabanii boqachuu
Wanta haaraa barachuu!

Mushurraa morma lamaa
Jaalala ilma namaa!

Haasoyni dubbii qolaa
Hundarra natti tola!
https://t.me/Kennaapost
kunuunfadhu yatiima
Ka Rabbiin sitti kenne horii
Nabiyyii wajjin ollaa tahi
Jannata keessatti borii

Sahaabotaan jedhan nabiin
Sagalee olkaasaniiiiiiiiiiiiiiiii
Warra duuniyaa gubbaatti
Yatiima kunuunsaniiiiiiiiiiii
Jannata keessatti jedhan
Namichaafi aniiiiiiiiiiiiiiiiiiii
Kunoo akkana jechuuuun
Itti akeekaniiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiii
Qubasaanii lamaaaaaaan
Walcina dhaaaaabaaniiiiii

Wanni kana caaaaaaaaaale
Maaltu jira takkuuuuuuuuu
Yoosaan waliin tahuu feetee
Akka quba lakkuuuuuuuuuu

Yatiima kunuunfadhuuuuuu
Akkasaan jedhaniiiiiiiiiiiiiiiitti
Akka taatuuuuuf ollaasaanii
Bor jannata keeeeeeessatti
From Arisala
As wr wb
Dhaamsa tana xiinxali
👇👇👇👇👇👇👇
Atis ilma namaati waan taateef ana malee namni hin beeku jette nama hin tuffatin hin xiqqeessin tarii inni ati tuffattu sun si caalaa beekumsa qabaachuu malaa yookin Bakka ati geette caaluu da nda'a xiqqas guddaas wallaalaf beekas kabaji NASIHAA GODHIIF malee duubanis hin hamatin

@dawaaqalbii👈join
💐💐💐💐💐💐💐💐
Hiriyyaa keetifis Share godhi
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
*Quran of the day*

In the name of Allah the most high and merciful

Quran: Al-Hadid (57:20)

ٱعْلَمُوٓا۟ أَنَّمَا ٱلْحَيَوٰةُ ٱلدُّنْيَا لَعِبٌ وَلَهْوٌ وَزِينَةٌ وَتَفَاخُرٌۢ بَيْنَكُمْ وَتَكَاثُرٌ فِى ٱلْأَمْوَٰلِ وَٱلْأَوْلَٰدِ كَمَثَلِ غَيْثٍ أَعْجَبَ ٱلْكُفَّارَ نَبَاتُهُۥ ثُمَّ يَهِيجُ فَتَرَىٰهُ مُصْفَرًّا ثُمَّ يَكُونُ حُطَٰمًا وَفِى ٱلْءَاخِرَةِ عَذَابٌ شَدِيدٌ وَمَغْفِرَةٌ مِّنَ ٱللَّهِ وَرِضْوَٰنٌ وَمَا ٱلْحَيَوٰةُ ٱلدُّنْيَآ إِلَّا مَتَٰعُ ٱلْغُرُورِ

Know that the worldly life is only play, and distraction, and glitter, and boasting among you, and rivalry in wealth and children. It is like a rainfall that produces plants, and delights the disbelievers. But then it withers, and you see it yellowing, and then it becomes debris. While in the Hereafter there is severe agony, and forgiveness from Allah, and acceptance. The life of this world is nothing but enjoyment of vanity.


#Quran
T.me/Kennaapost
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa) via @like
Gorsa Hayyoota Islaamaa kan Barnoota Qabu
=====================================

@Kennaapost
🌹🌹🌹🌹🌹🌹
☞Sodaa Rabbii keetii uffata godhadhu.
☞Waan balleessite toowbatuuf jarjarfadhu.
☞Zikrii baay'isuun fedhii lubbuu keetii injifadhu.
☞An maaliifiin uumame jedhii of gaafadhu.
☞Naamusaa fi kabajaa kee tikfadhu.
☞Uzriin maletti salaata dabarsuu fi dhiisuu irraa of qusadhu.
☞Yeroo baay'ee Rabbii kadhatuu amala taasifadhu.
☞Rizqii yoo argatuu barbaadde, fira kee maxxanfadhu.
☞Umrii dheeratuu yoo barbaadde, toltuu dalagadhu.
☞Obbolewwan keetiif yaada gaarii qabaadhu.
☞Haqaa fi baaxil ragaan adda baafadhu.
☞Barnoota amantii keetii xiqqollee ta'u baradhu.
☞Shari'aa diin keetii sirritti akeekkadhu.
☞Kheeyrii keessatti umrii dheertuu kadhadhu.
☞Waan qabdu irraa sadaqaa kennadhu.
☞Kan dhukkubsate bira deemii gaafadhu.
☞Kan kheeyritti si waame jalaa owwaadhu,
☞Ilma namaa hundaaf kabajaa qabaadhu.
☞Haadhaa fi Abbaa kee tola itti ooluun gammachiifadhu.
☞Kan tola sitti oole hunda galateeffadhu.
☞Jannata argatuu yoo feete amala kee bareeffadhu.
☞Ejjannoo gaarii mataa keetiif qabaadhu.
☞Kaayoo kee irratti kutannoo fi abdii godhadhu.
☞Odoo rakkoon hin dhufne Rabbii kee baradhu.
☞Waan hundafuu filannaa qabaadhu.
☞Namummaa keetiin of tahii mulladhu.
☞Waan kennattu yoo dhabde sharrii tee namarraa qabadhu.
☞Hamiidhaan foon namaa nyaatuu irraa fagaadhu.
☞Yooo ati of qabde Rasuulli(saw) Jannata siif of qabee akka
jiru hubadhu.
☞Atiis arraba fi waan miila jidduu jiru san haraam irraa qabutti
jabaadhu.
☞Nama bultii waliin ijaartu diiniin madaalii filadhu.
☞Rabbiin si hin dhoorkinee, mirga keetiif falmadhu.
☞Biyya fi lammii keetiif bilisummaa barbaadadhu.
☞Dhaamsi koo xiqqaatus, hanganuma guddifadhu.
☞Gorsi koo kun yoo siif tahe fudhadhu.
☞Yoo dogoggora qabaate naaf sirreeffadhu.
☞Zannii wal balleessuu irraa Rabbi sodaadhu.
Eessaa akka dhufte, eessa akka jirtu fi eessatti akka deemaa
jirtu beekuuf of qoradhu
~Dogongora jiruuf dhifaama.
Share waliif Godhaa Jazaakumullaahu kheeyran !!!

@gaddisaislama
@Kennaapost
@Kennaapost
T.me/Kennaapost
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa) via @like
#Gorsa_Abbaa
/____
Yaada sirreyfadhuu
Nama guddaa tahii
Karoora baafadhuu
Bakka yaadde gahi
Hiriyaas filadhuu
Gaarii namaa tahi
__________
Hamileen sin cabin
Tahiis ilma dhiiraa
Obsuma qabaadhu
Rabbiin si gargaaraa
____________
Dhiira guutuu tahi
Maqaa kee eeggadhu
Xiqqaa kee kabajuun
Guddaa dhas jaaladhu
____________
Ilma koo faarfamii
Faaruun kee naaf Humnaa
Gaarii namaa yaadii
Tahi naaf gaachana
Toltuu hojjechuu keef
An si faanaan boonaa
Abbummaan na boonsi
Ilmi abbaaf gaachana
@umarsheAhmad
@Kennaapost
T.me/Kennaapost
WAJIBAATA SALAATA Wajibaanni salaataa waan yoo beekan dhiisan salaanii baduu dogogoraan ykn daguun dhisan Sudujul Sawiin bakka bu'a.

WAJIBAANNI SALAATA
SADDETTI (8)


Isaanis
1. Jamii'uttakbiiraati geeyra takbiiratilibirami
2. Qowlu Sami'allaahu Limanhamidahu
3. Qowlu Rabbana walakal hamdu
4. Qowlu Subhaana Rabbiyal aziim
5. Qowlu Subhaana Rabbiyal a'alaa
6. Qowlu Rabbigfirlii
7. Atta Shahudul Awwalu
8. AI Juluusu lahuu

SUNNAAWAN SALAATA

Sunnaa Salaata jechuun Waan yoo isa dalagan mindaa itti argatan yoo isa dhisan itti hin gafatamnee. Sunnaawan Salaata kudha shan (15) Isaanis
:1. Harka lamaan qubbiin walitti maxxantuu taate hamma
ceequtti ol fudhuu
2. Harka mirgaa kaahu harka bitaa irra goma irriti yeero
dhabatan.
3. Du'aa'ii Banaa /Jalqabaa/Du'aa'ii Fatiyaa duraal
4. Sagalee ol fuudhu salaata subii, Raka'aa lamaan duraa
Magriiba fi Raka'aa lamaan duraa Isha'ii keessatti
5. Sagalee gad qabachuudha Salaata Zuhrii, Asraa, Raka'aa
3ffaa Magriba fi Raka'aa Lamaan booda Isha'ii Keessatti

YADDADHAA WAL - YADDACHISAA

Waan fatiyaaratti dabalamee Qur'aana irra. Waan dabalame yeroo tokkorrati Subahaana9 Rabbiiyal
Aziim fi Subahaana Rabbiyal A'alaa keessatti.
8. Mataa Taasisuudha Qixxee duuydatirratitti yeroo
ruku'aa
9. Banaa godhudha irree lamaan cinaachaa lamaan, gara
gudeeda lamaan irraa Sujuuda keessati
10. Waan dahalame veero tokkorrati Rabbigifirlii keessatti.
11. Ciqilee lamaan Lafarra ol kasu yeero sudujaa
12. Namni Salaatu taa'udha luka isaa bitaa irra
dhabudha luka mirgaa tashahuda durati fi sujuuda
lamaan jidduu keessatti.
13. Luka bitaa luka mirgaa jala dabarsani mirga
dhabanii ta'udhaa.
14. Salawaata Nabiyyii irrati busudha tashahuda duraa
keessatti.
15. Du'aa'i tashahuda boodaa duubarraan godhamu. MUBXILAATA SALAATA (WAAN SALAATA BALLESSAN WANTOONNI SALAATA BALLEESU SADHETI (8)
Isaanis
1. Beeka hasahuu yaadatu waliin akasumaas beeku waliin 2. Kolfuu
3. Waa nyaatu
4. Waa dhuguu
5. Oowran Saqamuu
6. Jiyaa qiblaa irraa bay'naan garagaluu
7. Sosocho'iins bay'ee walitti aana ta'e
8. Qulqullinni digamuu

XUMURAME GARGARSA RABBIITIIN.

YADDADHAA WAL- YADDACHISAA!!!!
🌹🌹🌹dawaa qalbii🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa) via @like
JUMU'AA MUBARAK
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

@Kennaapost

Jumu'aa milkiidhaa
Isa badhaadhinaa
Warri maatii #KENNAA
Kana isiniif hawwinaa!!

Bariidhumaan subhii
Jama'aan salaataa
Nabiyyii irratti buusaa
Nagayaa fi Rahmataa

Qorra hin sodaatinaa
Dhagnallee dhiqadhaa
Qulqullinaaf tolaa
Ilkaan suwaakkadhaa

Waan manaa qabdaniin
Qaamas urgeeffadhaa
Hundi haa bareeduu
Qeensallee qoradhaa!!!!

Suuratul khahafiin
Ammas haa qaraanuu
Waanuma qabnurraa
Dhabaaf haa kenninuu
Barfachuun maletti
Masjida haa deemnuu

Rabbiin hunda keenyaaf
Kheeyrii nuuf haa Roobsuu
Toltuu nutti qabee
Hamtuu haa fageessuu
Biyyaaf naannoo keenyaaf
Nagaa nuuf haa buusuu!!!!

Share share share
@Kennaapost @Kennaapost
T.me/Kennaapost
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
🌹ODUU GAMMACHIISAA🌹
بلغو عنی ولوکان اٰیة
👍Affeeraa namoota namoota dandeettii ogummaa barreeffamaatiin hawaasa fi amantii keessan tajaajiluuf fedha qabdan hundaaf!!!
Chaanaaliin keenya namoota yeroo fi beekumsa qaban islaamummaaf oolchuu barbaadaniif beekamtii kennee gama chaanaalii #KENNAA_DHALOOTA_QUBEETIIF jedhutti isin affeeruu barbaada!!!

Ulaagaalee
1, Dhimmi as irratti ergamu hundinuu waan hunda galeessa ta'uu qaba, garuu gonkumaa Shari'aa islaamaa fi safuu hawaasa keenyaa faalleessuu hin qabu.
2, Barreeffamoonni as irratti dhiyaatanis dhimma shariaaf taanaan ragaa qulqulluu fi ifa tahe irraa fudhatamuu qabu.
3, Odeeyfannoowwan Naannoo keessan fi guutuu addunyaa irra jiran hawaasa keenya ni fayyadu taanaan dhiyaachuu danda'u, garuu dhugummaan isaa qulqullaa'uu qaba.
4, Namoonni nu waliin hojjechuu barbaaddan namoota afaan Oromoo sirritti qubeessuu danda'an osoo tahee filatamaadha.
KANAAFUUU
Namoonni dandeettii
👉Walaloo,
👉Asoosamaa,
👉Seenaa(siiraa),
👉Barnoota amantii(da'awaa) ,
👉Odeeyfannoo,.garagaraatiin hawaasa keenya tajaajiluu barbaaddan sa'aatii kamittuu @AbdiiBiyyaa fi
@Kenase_bot
irraan nu qunnamuu dandeessu!!
🙏Koottaa waliin taanee hamma humna keenyaa hawaasa keenya haa tajaajilluu
KENNAA DHALOOTA QUBEETIIF
T.me/Kennaapost
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
AMALOOTA MUNAAFIQOOTAA
🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕

KUTAA 2FFAA
👍👍👍👍👍👍

By Abdulaziz Ahmeddiin
1ffaa👇
وَمِنَ انَّاس مَن یَقول اٰمَنَّا بلّٰله ولیومِل الٰخِر وَماهم بِمُؑمِنینَ
Ilma namaa keessaa warra (sobanii) Rabbii fi guyyaa boriitti amanne jedhantu jiru, garuu isaan hin amanne!! (Albaqara )

Amaloota munaafiqootaa keessaa inni tokkoo fi hangafaa Rabbiin sobuudha. Afaaniin sobanii amanne jedhanii muslimoota fakkaatanii jiraatu. Garuu keessi jaraa hin amanne. Akkuma nama muslimaa kamuu safful awwal(saffii jalqabaa) dhaabbatanii salaatu. Soomas numa soomu, walumaagalatti jarri munaafiqa jedhan kun hojiin jaraa fakkeessuudha.

Rabbiin keenya immoo akka isaan keessaan hin amanne fi fakkeessitoota akka tahan nuuf ibsee jira. Akkuma jarri harra duniyaa irratti muslimoota fi Rabbiinis sobuuf yaalan kana Rabbiinis guyyaa borii(qiyaamaa) galata isaanii jahannama keessaa jala isaan aansa. Siraax gubbaa yeroo darbanis Ibsaan sobaa kennameefii yeroo jarri deemsa jalqabde jalaa dhaama. Jarris nuuf qabsiisaa jettee mu'umintoota kadhatu. Garuu ifaan gaafa sana ibsatamu kan harra duniyaa irratti ibaadaan qophaawe waan ta'eef yericha takkaa si jalaa dhaamnaan hin argamu.

2ffaa👇
یُخَادِعُونَ اللَّه وللذِین اٰمَنو وَمایخدَعونَ اِلاانفُسَهم وما یشعُرون
Rabbiin ganu(jarri munaafiqootaa) ammas mu'umintoota ganu, garuu lubbuudhuma ofii ganan, jarri hin beektu malee(albaqara )

Maarree jarri munaafiqaa kunniin Rabbii isaanii fi mu'umintoota gananii jiru. Hojiin isaanii ganinsa malee wanti biraa hin jiru. Garuu Rabbiin ganuu jechuun karaa biraa of ganuu jechuudha. Uumaa Kee sobdee, ajaja uumaa keetii dhiiftee milkiin eessa jira.
@Kennaapost
T.me/Kennaapost
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
Shakkiin nama baleessaa
Qalbii nama xurreessaa
Soba dhugaa fakkessaa
Nama adaan fageessaa
Kanafuu shakkii ira of fagesaa
Qalbii kessan qulquleessa

Waan xiqqoo guddiftanii
Fagootti hin sodaatinaa
Lafumaa ol kaatanii
Wanta mara hin shakkinaa!!
by Umer shumuud Mahmuud
@Kennaapost
T.me/Kennaapost
Forwarded from Kena
🌹 Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @islamicpr qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
AMALOOTA MUNAAFIQOOTAA
🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕

KUTAA 2FFAA
👍👍👍👍👍👍

By Abdulaziz Ahmeddiin
1ffaa👇
وَمِنَ انَّاس مَن یَقول اٰمَنَّا بلّٰله ولیومِل الٰخِر وَماهم بِمُؑمِنینَ
Ilma namaa keessaa warra (sobanii) Rabbii fi guyyaa boriitti amanne jedhantu jiru, garuu isaan hin amanne!! (Albaqara )

Amaloota munaafiqootaa keessaa inni tokkoo fi hangafaa Rabbiin sobuudha. Afaaniin sobanii amanne jedhanii muslimoota fakkaatanii jiraatu. Garuu keessi jaraa hin amanne. Akkuma nama muslimaa kamuu safful awwal(saffii jalqabaa) dhaabbatanii salaatu. Soomas numa soomu, walumaagalatti jarri munaafiqa jedhan kun hojiin jaraa fakkeessuudha.

Rabbiin keenya immoo akka isaan keessaan hin amanne fi fakkeessitoota akka tahan nuuf ibsee jira. Akkuma jarri harra duniyaa irratti muslimoota fi Rabbiinis sobuuf yaalan kana Rabbiinis guyyaa borii(qiyaamaa) galata isaanii jahannama keessaa jala isaan aansa. Siraax gubbaa yeroo darbanis Ibsaan sobaa kennameefii yeroo jarri deemsa jalqabde jalaa dhaama. Jarris nuuf qabsiisaa jettee mu'umintoota kadhatu. Garuu ifaan gaafa sana ibsatamu kan harra duniyaa irratti ibaadaan qophaawe waan ta'eef yericha takkaa si jalaa dhaamnaan hin argamu.

2ffaa👇
یُخَادِعُونَ اللَّه وللذِین اٰمَنو وَمایخدَعونَ اِلاانفُسَهم وما یشعُرون
Rabbiin ganu(jarri munaafiqootaa) ammas mu'umintoota ganu, garuu lubbuudhuma ofii ganan, jarri hin beektu malee(albaqara )

Maarree jarri munaafiqaa kunniin Rabbii isaanii fi mu'umintoota gananii jiru. Hojiin isaanii ganinsa malee wanti biraa hin jiru. Garuu Rabbiin ganuu jechuun karaa biraa of ganuu jechuudha. Uumaa Kee sobdee, ajaja uumaa keetii dhiiftee milkiin eessa jira.
@Kennaapost
T.me/Kennaapost
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
🔃🔃🔃🔃🔃🔃🔃🔃🔃
#Walaloo_Cidhaa!!

Bagaa wal futaan
Isiin lachuu
Isiniif haa ta,uu
Kan gammachuu
Argadhaa milkii
Biyaa lachuu

Argadhaa ilmaan
Kan diniif ta,uu
Rabii isiniif ha kenuu
Wan isiniif ta,uu

Horaa daraaraa
Hiddaan jabaadhaa
Wal hin aarsinaa
Wal kunuunfadhaa!!

By Umer Shumud Muhammed

Da'awaa fi walaloo argachuuf
👇Join 👇join 👇Join
@Kennaapost
@Kennaapost
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
Æššããlãmūãlēŷkūm💗wãrãhãmããtūllããhi💗wãbãrããkããtūhūū💗Ãhãbãbii fiiłłãh💗💗💗
==================================
Tokko sahaabaa rasuularraa mucaan xiqqaan duraa du"e... sahaabtichi kun rasuula Rabbii bira taa"u kan heddummeysu ture...
Rasullinis (ﷺ ) mucaa du"e san kan jaalatu ture..!!

Yeroo mucaan san du"e abbaan isaa yaada cimaa irratti hiraaree...hanga yaanni isatti cime san rasuula ( ﷺ ) bira dhufuu isaa dhorkutti..!!

Ērgāmāāñ ŕābbii ( ﷺ ): sahaabticha san if biraa dhabnaan akkana ja"eti isa gaafate...
Abalu eeysa kute dhihoo tana isa hin arkine ja"e.? Yaa ergama Rabbii : mucaa saa xiqqaa ati beeytu saniitu duraa du"e ja"aniin sahaabonni...!!

Ērgāmāāñ ŕābbii ( ﷺ ) isa qunnameeti waahee mucaa isaa gaafate ..Ni du"e jachun itti hime..rasuulli (saw) isa sabbarsiisutti seene.)

Eegana rasuulli (ﷺ ) jecha akka inni obsee badhatu isa godhu isaan jachutti seene..
Akkasuma ammaas rabbiin mucaa san duraa fuudhuniis Isaaf keeyriidha jachunitti seene akkana ja"enii...
قَالَ : ( يَا فُلَانُ ، أَيُّمَا كَانَ أَحَبُّ إِلَيْكَ : أَنْ تَمَتَّعَ بِهِ عُمُرَكَ ؟
أَوْ لَا تَأْتِي غَدًا إِلَى بَابٍ مِنْ أَبْوَابِ الْجَنَّةِ إِلَّا وَجَدْتَهُ قَدْ سَبَقَكَ إِلَيْهِ يَفْتَحُهُ لَكَ ؟ ،
قَالَ : يَا نَبِيَّ اللَّهِ ، بَلْ يَسْبِقُنِي إِلَى بَابِ الْجَنَّةِ فَيَفْتَحُهَا لي لَهُوَ أَحَبُّ إِلَيَّ ،,
قال: فَذَاكَ لَك ) .
رواه النسائي (2061) وصححه الألباني في " أحكام الجنائز " .
yaa abalu kamiitu irra siif caala..osoo lubbuun jirtuu itti qanani"udha moo boru hulaa jannata gubbaa oggaa dheeyxe inni si dura dabree siif hulaa san banuudha feeta ja"en..."Sahabtichi: yaa ergamaa Rabbii hulaa jannataatti na dura dabre naaf banuudhaatu gama kiyyatti irra jaalatamadha ja"en..!!!
Ērgāmāāñ ŕābbii (ﷺ): ka ati feetu kana ni arkatta ja"en..!!

#laali akka itti rasuulli ( ﷺ) gurbaarra yaada ittiin oofe sawaaba boruutiin.."


https://t.me/Kennaapost
Forwarded from Kena
🌹 Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @islamicpr qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
🤚🤚🤚
As Wr Wb 🤚
🤚🤚🤚

😭إنا لله وانا إليه راجعون 😭

Yaa Obboleewwan Islaamaa Dhiigni Namaa Akkaan Kabajamaadha
Keessattuu Dhiigni Nama Islaamaa Daran Kabajamaadha

Biyya Hindii Keessatti Haala Suukanneessaa Ta'een Muslimootarratti Dhiibbaa Fi Dhiittaa Godhuudhaan Dhiiga Mulimootaa Lafa Lolaasaa Jiran😭Subhaanallaa😭

⭐️وما نقمو منهم الا انيأمنو بالله العزيز الحميد⭐️

Isaan Wamaa Balleessaniitii Miti Rabbiin Qofatti Amanan Malee.

😭Dhugumatti Yaa Ummata Muslimaa Dhimmi Kun Dhimma Akka Salphaatti Ilaalamuu Miti

Masjiidaa Fi Qabeenyi Isaanis Jalaa Manca'eera Manca'aara

Rasuulli SAW Akkana Jedhan Namni Waa'een Islaamaa Isa Hinyaachifne Nurraayyii Miti Jedhan

Kanaaf Yaa Ummata muslimaa Obboleewwan Keenyaaf Du'aa'ii Dhuunfaa fi Gamtaanis Haagoonuufi
😭⭐️ Guyyaan Boruu Guyyaa Jumu'aati Guyyaa Kana Imaamatti Himuudhaan Kan Imaama Taatanis Akka Du'aa'ii Gootaniif Kabajaan Isin Gaafadha. Kuxbaa Irrattis Jumu'aan Boodas ⭐️😭

Yaa Rabbi Obboleewwan Keenya Dararamaa jiraniif Yaa Allaah Birmadhuuf Yaarrabbi Yaa Allaah.

Yahuudaa Tana Yaarabbi Nurraa Cabsi
⭐️💫⭐️💫⭐️💫⭐️💫⭐️💫
Dhaamsa Kana Waliif Dabaraaa Amaanaa Islaamummaa
💫⭐️💫⭐️💫⭐️💫⭐️💫⭐️


Amaanaa Amaanaa

💫⭐️💫⭐️💫⭐️💫⭐️💫⭐️😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

@Kennaapost
t.me/Kennaapost
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
👉XIINXALUU
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Abdulaziz Ahmeddiin
@AbdiiBiyyaa

وَمَن کَانَ فَي هَٰذِه أَعمَیٰ فَھُوَ فِي الاؑخِرَتِ أعمَيٰ
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

Namni harra asitti(duniyaa irratti) ballaa(Jan ija ittiin haqa argu hin qabne) tahe , ganda aakhiraattis ballaadhuma taha,(Suuraa israa'i 72)

Kabajamtootaa fi jaalatamtoota miseensota chaanaalii #KENNAA akkam jirtu, Alhamdulillaah an nagaa kooti, mee harra immoo dhimma "Xiinxaluu" jedhu kana qabadhee dhiyaadheen jira.

Akkuma beekamu dhalli namaa martinuu carraan jireenya addunyaa kanaaf qabu tokko duwwaadha, isiiniyyuu akkaan gabaabaadha. Kaayyoon gara biyya lafaa kana dhufneefis carraa gabaabduu kana fayyadamnee waan gaarii hojjennee jireenya bara baraa kan zalaalam #jannata dhaaluudha. Hedduun keenya garuu kana dagachuun addunyaa dhumtuu kanaan yeroo sobamu argina. Rabbiin ergamtoota qajeelfamoota guutuu jireenya kana namaaf mijeessu qaban nuuf ergee jira.

Baayyeen keenya garuu heeraa fi seera Shari'aa (halaal fi haraam) otuma nutti himamuu ,otuma dhageenyuu akka nama hin dhagahiniitti callifnee bakkumaa fi haaluma nuhin fakkaanne keessa oolla.

Harra addunyaa irratti aangoodhaan, qabeenyaan, firoomaan, beekamtiidhaan,...waan hedduun sobammee haqaa dhagahuu fi arguu didnee jallataa jirra.

Kan itti ajajamne dhibaa'ummaadhaan fi hubannoo dhabuun hojjechuu dhiisaa
Kan irraa dhoorgamne immoo tuffii fi maal na dhibdeedhaan yeroo keessa boorannutu hedduudha.

Ijji harra haqa arguu didde kun garuu guyyaa boruus haqa hin argitu.
Kanaafuu obboloota koo otuu carraa qabnuu, otuu yeroo qabnuu, otuu dandeettii qabnuu, harra of haa dhaqqabnuu!!

Wantoota itti ajajamne hamma humna keenyaa fi akkaataa duraaduuba isaaniitiin(waajibummaa fi sunnummaa) haa hijjennuu.
Wantoota irraa dhoorgamne immoo harra boru jechuu dhiifnee xiqqoo fi guddoo isii irraa haa fagaannuu. Sababni isaa guyyaan deemsa keenyaa hin beekamu.
Dogoggoroota kanaan dura hojjenneef immoo ulaagaa(shuruuxa) towbaa guunnee Rabbii keenya araarama(dhiifama) haa gaafannuu!!

Rabbiin keenya warra qajeelfama isaatiin hogganamee bor jahannam najaa bahee daangaa jannataa badhaafamu nu haa taasisu!!

Aamiin Aamiin summa Aamiin
🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲

Yoo isinitti tole hiriyyoota keessaniif share godhaa!!
T.me/Kennaapost
🔶 #إذا_رأى_أحدكم_رؤيا .. ماذا يفعل ؟
🌊Namni yoo manaama/abjuu arge maal gochuu qaba?

🍃🌸🍃 🌹🍃🌸🍃

▫️عن أبي سعيدٍ الخُدرِيِّ - رضي الله عنه، قال:
🔄 abbaa sa'idal kidriyyii irra odeffamee, rabbii isarraa haa jaalatuu, jedhe

📝 #قال_النبي ﷺ:

📖 Nabbiyyiin jedhan (SAW)

" إِذَا رَأَى أَحَدُكُمْ رُؤْيَا يُحِبُّهَا، فَإِنَّمَا هِيَ مِنَ اللَّهِ، فَلْيَحْمَدِ اللَّهَ عَلَيْهَا، وَلْيُحَدِّثْ بِهَا،

✏️ Tokkoon keessan yoo arge manaama/abjuu jaalatu, manaamni/abjuun suni rabbi irrayyi, rabbii isaa haa galatoomfatu, manaamicha/abjuu sanas waan argeef, namattillee haa himu.

وَإِذَا رَأَى غَيْرَ ذَلِكَ مِمَّا يَكْرَهُ، فَإِنَّمَا هِيَ مِنَ الشَّيْطَانِ، فَلْيَسْتَعِذْ مِنْ شَرِّهَا، وَلَا يَذْكُرْهَا لِأَحَدٍ ؛ فَإِنَّهَا لَا تَضُرُّهُ "
❗️Yoo kan arge ta'e waan kanaan alaa waan jibbu irraa, manaamichi sheeyxaana irraayyi,Rabbitti haa maganfatu sharrii waan argee irraa, akka nama tokkottillee hin himne,manaamichis isa hin miidhu.

📕 صحيح البخاري (6985)