Waamicha hatattamaa....
~ Akkuma Beekkamu hayyuun keenya Abbaan
Oromoo Jawar Mohammed Mana Hidhaa
Keessatti Baatii tokkoofi Torbaan Lamaa Oliif
Achi Keessa Jiran. Yeroo ammaatis dhukkuba
hamaa keessa akka jiran maatiin dubbachaa
jiru.
Maarree Guyyaan Boruu Guyyaa Kamisaati.
Guyyaa Kamisa Kana Keessatti Rasuulli
( S.a.w ) Hadiisa Keessatti Akkana Jedhan "
Guyyaan Dalagaan Gabroottanii Keessatti
Olfuudhamtu Guyyaa Isniinaa fi Kamisaati.
Nutis Guyyaa Booruu Kamisa Kanatti
Fayyadamuun namni Rabbiin Laaffiseef
Soomannee yeroo soomana furru du'aaii haa
goonuuf ! kan soomanuun dandahinis salaata
shanan booda Akka du'aaii gootaniif Dhaamsa
Isiniif Dabarsina
Dhaamsa Kana # Share Waliif godhuun Waliin
gahaa Jzk kheyran.
#Share
@Arsirobej

Mee warri Soommana Sunnaa Kamisa boruu Soommanu. Boru bara Hijraa haaraya 1442 qeeballa. Bara kana Soommanaan, Rabbitti dhihaachuun haa simannu. Namni dandeessan Soommanaa.
@Dawaaqalbii
@Dawaaqalbii
Forwarded from Mucsha TG
Breaking
🌹🌹 Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo qabannee dhihaanne jirra kam barbaaddu? laata koottaa filadhaa
kun 👉 https://t.me/Qabsahaa filannoo nama maraati join godhaa
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
👇🌹👇🌹👇🌹👇🌹
D.Erdoogaan Turkii🇹🇷
https://t.me/Qabsahaa
👇🌹👇🌹👇🌹👇🌹
🥀 J/B/M/Aamunnasrii 🥀
https://t.me/bimilla
👇🌹👇🌹👇🌹👇🌹
🚫Yoo Sittitole Join🚫
https://t.me/bimilla
👇🌹👇🌹👇🌹👇🌹👇
💪Dirqama Join💪
https://t.me/Qabsahaa
👇🌹👇🌹👇🌹👇🌹👇
🙈🙈🙈
Hawi.TiMES
https://t.me/odeeffano
👇🌹👇🌹👇🌹👇🌹👇
Hawi MEDIA
https://telegram.me/Hawiyy
👇🌹👇🌹👇🌹👇
🌹Dawaa Qalbii🌹
https://t.me/Sammaan
👇🌹👇🌹👇🌹👇
🌴️JBMAR⭐️
https://t.me/Arsirobej
❤️❤️❤️💚💚💚❤️❤️❤️
👇🌹👇🌹👇🌹👇🌹👇
👉 maaltu nudaangessa yoo akkanatti hojjanne

Telegram
D.Erdoogaan Turkii🇹🇷
Deeggartoota Rajab Xayyib Erdoogaan
Yaadaa fi gaafii yoo qabaattan karaa @didaoobot nu qunnamaa

Jawar Mohammed ogeessaa fayyaa dhunfaa isaatiin akka yaalamu manni murtii ajaja cimaa dabarse!
yas Allaah nuu aafiyi
@Sammaan
yas Allaah nuu aafiyi
@Sammaan
Forwarded from Gali Ababor Official
Kallattii Majlisaatiin kan mirkaneeffatame
●●●●●●●●●●●●●●
Ajjeechaan Asaasaatti geggeeffame suukanneessaafi hammeenya cimaa ture. Shek Umar Suleymaan (Xawiil) mooraa isaanii keessatti haadha manaa isaanii wajjin ajjeefaman. Mucaan isaanii kan dhalatee ji'a sadii illee borumtaa isaa du'e.
Shek Umar nama waggaa 70, maatii 17 bulchan, siyaasaa kamiyyuu irraa bilisa, Imaama masjidaa, aalima, haafiza Qur’aanaa, ummata cinatti jaallatamoo fi fudhatamoo turan.
Dallaan qe'ee isaanii qorqorroo yoo ta'u rasaasa 28 oliin kan urame ta'uu qaamni majlisaa ijaan argee .
Shek Qaasim Rashad itti aanaa imaamaa masjida Ikraam masjiida fuuladuraatti rukutamanii Hospitaala Asallaa ciisanii jiru. Dargaggeessi bakka itti kufanii isaan ol kaasuuf yaale Abdulkariim kan jedhamu rukutamee du'ee jira.

Arraba kee tikfadhu‼
➦Jecha har’a dubbattee guyyaa borii irraa qormaatamtu irraa uf eeggannaa godhi.
Dhugaa dubbadhu yoo dadhabde cal'isi!!
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.

Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai

Eenyuutu iccitii jireenyaa beekuu barbaada?
#Nuuralhudaa
Eegaa hunda keenya! Mala jireenyaa gaarii beekuu feena mitii?
Ergamaan Rabbii Muhammadﷺ Hadiisa kana qofa keessatti gorsa jabaa adunyaafi aakhirattiis nu fayyadu dhaaman. Mee koottaa irraa haa fayyadamnu.
قال رسولﷺ : «أَحَبُّ النَّاسِ إِلَى اللَّهِ أَنْفَعُهُمْ لِلنَّاسِ، وَأَحَبُّ الأَعْمَالِ إِلَى اللَّهِ سُرُورٌ تُدْخِلُهُ عَلَى مُسْلِمٍ، أَوْ تَكْشِفُ عَنْهُ كُرْبَةً، أَوْ تَطْرُدُ عَنْهُ جُوعًا، أَوْ تَقْضِي عَنْهُ دَيْنًا، وَلأَنْ أَمْشِيَ مَعَ أَخٍ لِي فِي حَاجَةٍ، أَحَبُّ إِلَيَّ مِنْ أَنْ أَعْتَكِفَ فِي هَذَا الْمَسْجِدِ(يَعْنِي مَسْجِدَ الْمَدِينَةِ) شَهْرًا، وَمَنْ كَفَّ غَضَبَهُ سَتَرَ اللَّهُ عَوْرَتَهُ، وَمَنْ كَتَمَ غَيْظَهُ، وَلَوْ شَاءَ أَنْ يُمْضِيَهُ أَمْضَاهُ، مَلأَ اللَّهُ قَلْبَهُ يَوْمَ الْقِيَامَةِ رِضًا، وَمَنْ مَشَى مَعَ أَخِيهِ فِي حَاجَةٍ حَتَّى يُثْبِتَهَا، أَثْبَتَ اللَّهُ قَدَمَيْهِ يَوْمَ تَزُولُ الأَقْدَامُ، وَإِنَّ سُوءَ الْخُلُقِ يُفْسِدُ الْعَمَلَ، كَمَا يُفْسِدُ الْخَلُّ الْعَسَلَ»
Rabbi biratti irra jaalatamaan keessan nama tola namaaf oole. Rabbi biratti irra jaalatamtuun hojii ammoo bohaartii Muslimni waliif godhu(obboleessi kee akka gammadu godhuudha).
Rakkoo obboleessa keetii hiikuun, nyaachiftee beela irraa fageysuunii fi haajaa isa baasuunis hojii jaalatamtuudha. Rakkoosaa hiikuuf obboleysa kiyyaa waliin deemuutu Masjida(Madiinaa) kana keessa galee baatii guutuu Ibaadaa godhuurra na jaalachiisa. Nama aara isaa liqimse, Rabbiin salphina isaati dhoysaaf. Akkasuma nama osoo aara bahuu dandahuu if qabee dallansuu isaa uggure, guyyaa Qiyaamaa Rabbiin qalbii isaa jaalala guuta. Hanga tasgabbaawee sabatutti haajaa guutuufiif nama obboleysa isaa waliin deeme, (boru guyyaa Qiyaamaa)gaafa faanti hollattee deemtu, Rabbiin faanta isaa sabbachiisaaf.
Amalli hamaan hojii gaarii balleysa! Akkuma Khal deyma balleysu san}

obsaan dubbisi👇👇👇
Yakka Manoota Amantaa (Masjiidaa)fi Abbootii Amantaa Godina Arsii Lixaa Irratti raawwatame ilaalchisee Marii Majlisni Oromiyaa Koomishiinara Koomishiinara Poolisii Naannoo Oromiyaa Wajjiin Godhame
========================= ===========
Hagayya 15/2012 Majlisni Oromiyaa garee Sheek Hajjii Ibraahimiin hogganamu kara Magaalaa Hasaasaa erguudhaan Du’a Sheek Umer Suleeymaniifii Maatii isaaniirratti raawwatameef Taaziyaa dhaquu isaani niyaadatama. Dhimma kana ilaalchisee FB Majliisa Oromiyaa irratti Ummata bal’aafi Qaama ilaallatu maraaf odeefannoo barbaachisu kennuun keenna ni yaadatama.
Majliisa oromiyaa irraa guyyaa gaafa [Hagayya 16/2012] Qaama Mootummaatiif Odeefannoo kennuudhaaf Biiroo Poolisii Naannoo Oromiyaa deemee jira. Pirezedaantii Majliisa Oromiyaa kan ta’an Sheek Hajjii ibraahim, Obboo Jibriil Usmaan [Barreessaa Boordii Majlisa Oromiyaa] fi Barsiisaa Badruu Muhaammad [Miseensa Boordii majlisa Oromiyaa] Koomishiinar Araarsaa Mardaasaafi Koomishiinar Musxafaa wajjiin walgayii gabaabaa taasisanii jiru. Walgayii kanarratti Pirezidaantiin Majliisa Oromiyaa Sheek Hajjii Ibraahim yakka Mana Amantaa (Masjiida) irrattiifi Abbooti Amantaa irratti xiyyeeffatee Waraana Mootummaatiin raawwatame haala armaan gadiitiin ibsanii jiru.
1 ffaa: Magaalaa Hasaasaa
Waraanni Mootummaa Mana Sheek Umar irratti yakka ajjeechaa raawwatanii Haadha manaa isaanii dabalatee Sheek Umariin haala sukkaneessaa ta’een du’uu isaanii ibsanii jiru. Dabalataan Daa’imni ji’a sadihii harma dhabuudhaan guyyaa tokko booda du’uu isaa himanii jiruu,
2 ffaa: Magaalaa Kofalee
-Masjiida Kofalee
Waqtii Ummanni Magaalaa Kofalee Salaata Magribaa Masjiida Kofaleetti salaataa jirutti Waraanni Mootummaa dhukaasa Masjida irratti baneen Rasaasni Fooddaa Masjidaa cabsee seene haata’u malee Ummanni waqtii sanatti Sujuuda irra waan jiruuf Rasaasni [Xiyyitiin] nama salaaturratti balaa geessuu dhabuu isaa ibsanii jiru,
3 ffaa: Magaalaa Shaashamannee
-Masjiida Qamar
Waraanni Mootummaa dallaa Masjiidaa Cabsee Rasaasa karaa foddaa Masjida Qamar jedhamurratti dhukaaseen Ustaaza Ijoollee Gandaa Qur’aana Qaraasisaniifii Masjiida sanatti Ummata Salaachisan kanta’an Ustaz Kiyaar Taajuu Abdallaa miidhamani yeroo ammaa kana Hospitaala Nageelleetitti yalamaa jiran. Akkasuma Barataa isaani kanta’e Barataa Qur’aanaa Usmaan Haashim, umriin isaa Waggaa 18 kanta’e Rasaasaan dhayamee yeroo ammaa kana Hospitaala Malkaa Odaatti yaalamaa jiraachuu isaa ibsanii jiru.
4ffaa: Magaalaa Adaabbaa Masjiida Furunaa
Guyyaa 11/12/2012 yeroo Ummanni Salaata Ishaa’ii salaatee Masjiidaa bahaa jirutti Qaamni gurmaaye tokko Masjiida irratti Balaa geessuuf kara Masjiida kanaa dhufee Ummanni Muslimaa haala tasgabbii guddaa qabuun balaa guddaa silaa uumamuu danda’u kana hanbisuu danda’uu isaa ibsanii jiru,
Kanaafuu, yakki Waraana Mootummaatiifii Qaama birootiin Mana Amantaatiifii Abbootii Amantaa irratti raawwatameefii raawwatamuuf yaalame baayyee akka isaan yaaddesse ibsanii jiru.
Dhimmi kun Dhimma nu ilaallatuufii Dhimma kanaaf Hidhaafii Ajeecchaa Tokkollee hin sodaannu jedhanii ibsanii jiru. Kana waan ta’eef Qaamni biro kijiba hinjirre uumee Biyya tana diiguuf wayta carraaqu nuti miidhamnus obsaan dabarsaa jirra jedhanii dhaamsa isaanii miira guddaadhaan dabarsanii jiru.
Dhimma kanarratti bal’inaan mari’achuu akka barbaachisuufii kuni akka ta’uuf koomishinar Araarsaan waltajjii Marii Pirezidaantii Oromiyaa, Waajjira Nageenyaafii Bulchiinsa Oromiyaa fi Waajjira Paartii Badhaadhinaa Oromiyaa wajjiin Guyyaa Lama keessatti mijeessuu akka qaban yoo kun hin ta’in waan uumame kana Ummata Bal’aa kanaaf Ibsa barbaachisu akka kenninu nuuf beekaa jedhanii jiru.
Dhumarratti, Koomishiinar Araarsaan Dhimma kana eega dhagayan booda garee tokko akka garas ergan nuuf himani jiru. Marii nuti gaafanne ilaalchisee koomishiinar Araarsaan Pirezidaantii Oromiyaa wajjiin mari’atanii atattamaan akka deebiii nuuf kennan iibsanii jiru.
🙈🙈🙈🙈🙈

Ustaz Yassin Nuru / ياسين نورو
ሞት ይብቃን.. ሰላም ለኢትዮጰያ!!
Duuti haa dhaabbatu!!!!
Nageenya biyya keenyaaf
❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️
😭Mootummaan ol-aantummaa seeraa kabachiisuu qofa osoo hin taane nageenya lammiilee nagayaa eegsisuunis hojii isaa hangafa ta'uun dagatamuu hin qabu. Naannoo Oromiyaa ideelee garagaraatti boora'insa nageenya uumame hordofuun tarkaanfiin suukaneessaan(ኢ— ሰብአዊ) loltoota mootummaatiin fudhatamaa jiru #onnee_kan_nama_madeeysudha.
😭Dabalataan ijoollee isaa jaalatamoo wareeguun(gabbaruun) jijjiirama kana kan fide ummata Oromoof hin madaalu.
Kanas ta'e magaala shaashamanneetti badinsa qabeenyaa fi dhiiga lammiilee kan gad naqaa jiran seeratti dhiyaatanii akka gaafataman barbaanna.
"Namni lubbuu takkittii seera ala kan ajjeese Dhaka namaa hunda akka waan ajjeeseeti" Quraan
Duuti has dhaabbatu!!
Fuula FB ustaaz Yaasiin Nuuruu

Forwarded from Seman Abdurehman
Yaa nuhi "oromoon malum godheree malum godhuu dide ree " jedhe gootichi Saba ofiitif tokkumma osoo dhaamu kichuu nu duraa kutan.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Dhimmi siyaasaa akkuma jirutti ta'ee maalif lubbuun dabartu guyya guyyaan harcaatu tun nama hin naasisne '🌹Hay oromoo🌹 yaa Rabbi si harka jira furmaanni
dirqamaan ana deeggari isa maalif deeggartaan yoo hidhaaf ajjeechaf kan nama fidu yoo tahe akkamtu akkami mirga Dimokraasitii jechuudhaa? yaa saba koo Dubbachuuf Callisuunis furmaanni hin jiru garuu Ni qal'itti malee dhugaan hin citti dhugaan ifa bahuuf jirti .
kan kana daran garaa nama na gube na dubbise Aalimni imaammaan masjidaa maalif ajjeefama maalif ija hamtuun ilaallama bar ka kana dura masjiidni 35 gubanii Afur irratti caffaran hin dagannee bar Kuni madaa yoomiyyu nu keessaa hin banne sanuu qaamni gube ifa bahe adabbii hin arganne ??
Hay Dimokraasii 🙈🙈
Kun kanaan osoo jiru Dirqamaan nu deeggari jedhanii mana manarra deemanii nama galmeessun taatii ree ??
from Arsi Robe
✍Sammaan Seman

Dhaddacha❗️
Manni Murtii Sadarkaa Jalqabaa Federaalaa dhaddacha ramaddii Araadaa dhaddacha har'a (Hagayya 18/2012) ganama taa'een gaazexeessaa OMN Guyyoo Waariyoo fi miseensa paartii KFO obbo Dajanee Xaafaa wabii birrii kuma kudhaniin (10,000) mana hidhaati akka hiikaman ajaja dabarse.
@Gadaapost

Guyyoonni Kheyrii as deeman isin hin dabrin.
Akka lakkoofsa Hijraatti ji'a Muharram keessa jirra. Soommana Ramadaanaa malee, Soommanni Soommana ji'a kana keessa Soommanuu caale hin jiru. Arra Muharra guyyaa 6 jirra. Muharram guyyaa 8-15 akka Soommantan jabeessinee dhaamna. Guyyoota kanniin yoo Soommanne mindaa gaarii Rabbii keenyarraa kajeella. Mee guyyoonni as deeman akkamitti caaloo akka tahan haa laallu.
• Guyyaan 8 Kamisa taha. Guyyaa kana keessa dalagaan teenya torbaanii ol fuudhamti.
• Guyyaan 9 Jum'aadha. Guyyaan kun 'Taasuu'aa' ja'ama. Ergamaan Rabbiiﷺ ji'a Muharram irraa guyyaa kana Soommanuu gaabbee ture.
• Guyyaan 10 Sabtii taha. Guyyaan kun 'Aashuuraa' ja'ama. Soommanni guyyaa kanaa yoo nuuf Qeebalame badii waggaa 2tu nurraa dhiqama.
• Guyyaan 11 Alhada. Guyyaa guyyaa-Aashuuraatti aanee dhufu.
• Guyyaan 12 Isniina taha. Akkuma beekkamu hojiin teenya torbaanii guyyaa kana ol fuudhamti.
• Guyyaan 13 Salaasaa dha. Walakkeessa ji'aa addeessa seenna. Guyyaa kanaa kaafnee hanga 15 tti Soommanuun Sun

“Imaama” jechuun akka hoogganaati, nama muslimni jala deemu, jecha isaa dhaga'u, fi ulfina isaaf qabuudha.
Duuti Imaama tokkoo kan Facebook qofa irraa dubbatamuu qabu miti ture garuu biyya gabrummaan dheengiyamte tana keessatti waan hin taaneetu ta'aa jira.
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
https://t.me/Sammaan
Duuti Imaama tokkoo kan Facebook qofa irraa dubbatamuu qabu miti ture garuu biyya gabrummaan dheengiyamte tana keessatti waan hin taaneetu ta'aa jira.
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
https://t.me/Sammaan
Telegram
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Etiyootelecom tajaajila adda addaa irratti foyya’insa gatii godheera.
Haaluma kanaan interaneeti harka 35%, tajaajila kuufamaa mana keessan turaa irratti 59%, kuufama sagalee irraa 29 % hiri’ifamuu ibsee kunis boru Hagayya 21,2012 irraa kaasee hojii irra akka oolu ibsame.
maddi👇👇
mediaoneko

Forwarded from Media Ko
Mirgi wabii Obbo Dajanee Xaafaa fa'i yeroof dhorkamee akka turu ajajame.
Ol iyyannoo abbaan alangaa Mana Murtii Olaanaa Federaalaatti dhiyeessen Obbo Dajanee Xaafaa fi namootni galmee isaanii keessatti himtaman sadii mirgi wabii isaanii yeroof dhorkamee akka turu ajajame.
Guyyaa Wiixataa Manni Murtichaa qondaala KFO Obbo Dajanee Xaafaa, gaazexeessaa OMN Guyyoo Waariyoo, Koorsaa Dachaasaa fi Mishaa Adam mirgi wabii eegameefii akka gadhiifaman murteessee turullee ol iyyannoo abbaan alangaa dhiyeesseen osoo hin hiikamin hafaniiru. Madda: BBC
@mediaoneko

#EthioTelecom
Itiyoo-Telekoom bor Kamisa, Hagayya 21/2012 jalqabe guyyoota walitti-aanan sadiif kennaa galateeffanaa qopheessu ibsa har'a kenne irratti beeksiseera. Kennaan kanaan maamiltoonni dhaabbaticha daataa intarneetii 1GB, tajaajila sagalee daqiiqaa 40, ergaa gabaabaa 100 ganama sa'aa 12:00 hanga galgala sa'aa 12:00 bilisaan akka argatan beeksiseera.

Obbo Jawar Mohammed dabalatee waahillan isaa nama 8 irratti manni murtii jijjiirraa beellamaa taasise.
[SQ Hagayya 26/2020]
Guyyaa har'aa (Hagayya 26/2020) Jawar Mohammed fi waahillan isaa namni 8 mana murtii Lidedaatti beellama qabu ture. "Sababa bu'aa qorannoo COVID-19'f" jechuudhaan manni murtii guyyaa beellama isaanii Hagayya 28/2020tti jijjiireera.

صوم يوم عاشوراء
قال رسول الله صلى الله عليه وسلم:لإن بقيت إلى قابل لأصومن التاسع
Soomana Guyyaa 9ffaa fii 10ffaa baati muharram irraa
Ergamaan Rabbii Nagaaf Rahmanni irratti Haa jiraatuu akkana je'an:yoo bara dhufuun rabbiin na'eege guyyaa 9ffaas nin soomana
Keessaahuu guyyaan 10ffaa dilii amata dabartee guutuu sirraa dhiqa
Yaa Rabbi Nuuf Laaffisi.!!!
Share godhi