Forwarded from Kena
Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu
Kabajamtoota fi jaalatamtoota keenya chaanaalota babbareedoo dhimma afaan Oromoo, islaamummaa, odeeyfannoo weeytaawaa,......fi I k fn argachuu barbaadduu???
Maarree @islamicpr fedhii keessan guutuuf chaanaalota kanneen isiniif qopheessee jira.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Forwarded from KENNAA
SEENAA SAHAABOOTA KEESSAA JULEEYBIIB Jedhama radiyallaahu anhu
_____________________________
Nabiinﷺ sahaabaa isaani waliin osoo taa'aa jiranii juleeybiib itti dhufe.Nabiinﷺ niwaaman yaa juleeybiib kottumee jedhaniin juleeybiib ni dhaqe juleeybiib wahi fuutee jedhaniinii gaafatan lakki hin fuune jedheen maalif hin fuune jedhaniin
eenyu natti heerumsiisa jedheen ani nama qabeenya qabuu mitii nama guddaadhaa kabajaa qabuu mitii jaarsa akka kiyyaatti maaltu heerumsiisa jedheen
Anasiin {r a}akka odeessetti heddu bareedaa miti ture nama gabaabaa ture gurraacha ture hiyyeessa ture nama kophee boraafatee maasjiida keessa ciisu ture jedhan
nabiinﷺ gaaf biraa gaafii kana irra deebi'anii gaafatan deemii jedhaniin mana warra aansaaraa dhaqiiti mana abaluu dhaqiitii nabiinﷺ intala teessan isinirraa kadhata jedhiin jedhee isa erge dhaqee gaafate
maatiin intalaa nabiiﷺ seehanii gammadan garuu anaafi jennaan nididan akkamitti intala teenya akkanatti bareeddu ansaara keessatti irra bareedduu dubartii keessaahi jedhan mucayyoon tun maatiin ishii ni didan
mucaan mana keessaa dhageessee akkamitti ajaja ergamaa rabbii ﷺdiddan jeetteen itti naheerunsiisaa ajaja nabiiﷺ hin didinaa jettee mucayyoon tun heeyyamteef
isaa fuudhaaf qophaahe yeroo cidha isaa bira gahee jiruu jihaadaaf lallaban achumaan juleeybiib fuudha isaa dhiisee mucaa hagas baeeddu tana dhiisee nin deebihaasaa kan hin beekne dhiisee jihaadaaf karaa rabbiirratti waraanuuf dhiisee deeme
lolli sun ta'ee addaan ba'ee nabiinﷺ nigaafatan eenyu eenyun dhabdan abalu abalu abalu dhabne jedhaniin nabiinﷺ irra deddeebi'anii gaafatan garuu jedhan nabiin keenyaﷺ bil mu'umini ra'uufun rahiimii ani garuu juleeybiibin dhabe jedhan nabiin keenyaﷺ deemanii barbaadan ni argan isaa mushrika torba kuffisa walakkaa kufee ciisu
arganii nabiinﷺ gadi bira taa'anii fuula isaarra dhiigaaf awwaara harka isaaniitiin irraa haxaa'anii tafa isaanii irratti mataa isaa ol qabanii ofirra kaa'an sahaaboonni ni hawwaniif jedhan yeroo sanitti
Haga inni lahdiin qotamuuf rasuulliﷺ harka ofiirratti qabatanii taa'an nabiiﷺ akkana jedhan kuni narraahi innillee narraahi kuni narraahi innillee narraahi jedhan nabiinﷺ itti deddeebi'anii
Sahaabaan hundi osoo isa tahanii hawwan jedhe anas {r a}
intala saniif nabiinﷺ du'aa godhaniif yaa rabbii jiruu isaanii itti bal'isi jedhee rabbiin kadhataniif du'aa'ii nabiitii qabeenya waan adda adda rabbiin itti dhangalaasi namni haga ishii jiruu bareedaa jiraate hin jiru jedhan du'aa'ii nabiittu ta'eef rabbiin sadarkaa saniin isaan ga'e
يا مقلب القلوب ثبت قلبي على دينك kadijaa binti Aliyii
Rabbii subhaanahu wata'aala hunda keenya ol nuhaa fuudhu akka jara sanii #Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiiin
@Keyralumma @Kennaapost
T.me/Kennaapost

Telegram
KENNAA
KENNAA Dhaloota Qubeetiif!!
Chaanaalii kana irraa👇
👉DA'AWAA
👉ODEEYFANNOO
👉WALALOO
👉ASOOSAMA
👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!!
✍yaadaaf👇
@AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!
Chaanaalii Youtube 👉 https://youtube.com/@kennaatube3465?si=5ATT3Pd

Yaa #Subhaan_Allaah
Jabbiin kun miila duubaa lamaan malee dhalatte!
Uumaan keenya Rabbiin guyyaa guyyaan akka dhalli namaa ittiin gorfamuuf ta'iiwwan ajaa'ibsiisuu ykn dur-hin jirree addaa addaa nutti mildhisa.
Jabbiin kun Naannoo Amaaraatti naannawa magaala Gondaritti ganda tokkotti bifa kanaan miila lamaan duubaa malee dhalattee jirti.
#Yaa Uumaa Rabbii
#Yaa Dandeettii Rabbii
@Kennaapost
@Kennaapost
Jabbiin kun miila duubaa lamaan malee dhalatte!
Uumaan keenya Rabbiin guyyaa guyyaan akka dhalli namaa ittiin gorfamuuf ta'iiwwan ajaa'ibsiisuu ykn dur-hin jirree addaa addaa nutti mildhisa.
Jabbiin kun Naannoo Amaaraatti naannawa magaala Gondaritti ganda tokkotti bifa kanaan miila lamaan duubaa malee dhalattee jirti.
#Yaa Uumaa Rabbii
#Yaa Dandeettii Rabbii
@Kennaapost
@Kennaapost
Forwarded from Kena
Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu
Kabajamtoota fi jaalatamtoota keenya chaanaalota babbareedoo dhimma afaan Oromoo, islaamummaa, odeeyfannoo weeytaawaa,......fi I k fn argachuu barbaadduu???
Maarree @islamicpr fedhii keessan guutuuf chaanaalota kanneen isiniif qopheessee jira.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Kabajamtoota fi jaalatamtoota keenya chaanaalota babbareedoo dhimma afaan Oromoo, islaamummaa, odeeyfannoo weeytaawaa,......fi I k fn argachuu barbaadduu???
Maarree @islamicpr fedhii keessan guutuuf chaanaalota kanneen isiniif qopheessee jira.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Asalamuleyku waramatulahi wabarakatuu yaa ummataa nabii Muhammad sallaallaahu Alyii wasalamii
#QUR'AAN
Addunyaa kana keessaa hojiin takkaa kasaaraa hin argin, hojii qur'aana Rabbii qar'uuti !!
Osoo Qur'aana qayyabatuuf/haffazuuf waggaa kudhan yaaltee dadhabdee ati kufte ykn fashalte Hin jedhamu ! Waggoota kana guutuu ati Rabbiin wajjiin daldala guddaa irra turte waan ta'eef !!
Hayyuu guddaa salafaa keessaa Al-Hasan Al Basrii dhaan رحمه الله تعالى": Abalu qur'aana qoma isaatti tiyfachuuf yaalii guddaa godhaa jira '' jennaan Hasanal Basriinis'' Inni qur'aana qomatti tiyfachuuf osoo Hin taane qur'aanatu isa tiiysaa jira " jedhe . Dhugaa jedhe Rabbiin Rahmata Isaaf haa godhu .
Sa'aatii 24:00 keessaa qur'aanni daqiiqaa 30 si biraa dhabuun kufaansa salphinaa kufuuf deemta jechuu dha !
Har'a barreeffama dubbifte, gaafa tokko dubbii kana qabatamaan arguuf jirta !!
Yoo jiruu keeysaniif milkaa'ina dhugaa feetan
Quranaa rabbiitin hiriyyaa tayaa.
☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☘☘☘☘☘☘☘☘☘☘☘☘☘☘☘☘☘☘☘☘

🤲DU'AA'II 🤲
Yaa rabbi nu dhagayi
Hamma yoomii rakkanna
Rakkoo dhalootaa kana
Eenyumatti himanna?
Dheekkamsa nurraa kaasi
Dhalataa nuuf guddisi
Bara baayyeef rakkannee
Mee bilisa nu baasi
Kan jira jennee abdannu
Tarkaanfiirratti cita
Nu dhiiseera yoo jennu
Rakkoon dachaan dhalata
Haati ijoollee lamaa
Bor naaf ta'uuf abdattu
Isaanan qaba jettee
Rakkoo ittiin obsattu
Wal faana yoo dhabaman
Abdiinshee bitaacha'ee
Abaarsa jiru kanaan
Abjuu hamaa itti ta'e
Addayyuu wallaalleerra
Ganamaa fi galgala
Fayyaan manaa baheeto
Reefki manatti galaa!
Kan kalee haqa labsu
Jaarsa biyyaa fakkaatee
Harra immoo lola labsa
Saba isaa diinomfatee!!
Mee kana nurraa kaasi
Araaraan nu ilaali
Dhaloota badaa jiru
Du'arraa nuuf baraari
Yaa Allaah nuuf birmadhu
Waan hamtuu keessa jirra
Garuu immoo siin abdanna
Abdiin hin kutannu sirraa!!
🤲Aamiin Aamiin Summa Aamiin🤲
✍ @AbdiiBiyyaa
@Kennaapost
T.me/Kennaapost
Yaa rabbi nu dhagayi
Hamma yoomii rakkanna
Rakkoo dhalootaa kana
Eenyumatti himanna?
Dheekkamsa nurraa kaasi
Dhalataa nuuf guddisi
Bara baayyeef rakkannee
Mee bilisa nu baasi
Kan jira jennee abdannu
Tarkaanfiirratti cita
Nu dhiiseera yoo jennu
Rakkoon dachaan dhalata
Haati ijoollee lamaa
Bor naaf ta'uuf abdattu
Isaanan qaba jettee
Rakkoo ittiin obsattu
Wal faana yoo dhabaman
Abdiinshee bitaacha'ee
Abaarsa jiru kanaan
Abjuu hamaa itti ta'e
Addayyuu wallaalleerra
Ganamaa fi galgala
Fayyaan manaa baheeto
Reefki manatti galaa!
Kan kalee haqa labsu
Jaarsa biyyaa fakkaatee
Harra immoo lola labsa
Saba isaa diinomfatee!!
Mee kana nurraa kaasi
Araaraan nu ilaali
Dhaloota badaa jiru
Du'arraa nuuf baraari
Yaa Allaah nuuf birmadhu
Waan hamtuu keessa jirra
Garuu immoo siin abdanna
Abdiin hin kutannu sirraa!!
🤲Aamiin Aamiin Summa Aamiin🤲
✍ @AbdiiBiyyaa
@Kennaapost
T.me/Kennaapost
Telegram
KENNAA
KENNAA Dhaloota Qubeetiif!!
Chaanaalii kana irraa👇
👉DA'AWAA
👉ODEEYFANNOO
👉WALALOO
👉ASOOSAMA
👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!!
✍yaadaaf👇
@AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!
Chaanaalii Youtube 👉 https://youtube.com/@kennaatube3465?si=5ATT3Pd
Chaanaalii kana irraa👇
👉DA'AWAA
👉ODEEYFANNOO
👉WALALOO
👉ASOOSAMA
👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!!
✍yaadaaf👇
@AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!
Chaanaalii Youtube 👉 https://youtube.com/@kennaatube3465?si=5ATT3Pd
Forwarded from Kena
Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu
Kabajamtoota fi jaalatamtoota keenya chaanaalota babbareedoo dhimma afaan Oromoo, islaamummaa, odeeyfannoo weeytaawaa,......fi I k fn argachuu barbaadduu???
Maarree @islamicpr fedhii keessan guutuuf chaanaalota kanneen isiniif qopheessee jira.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Kabajamtoota fi jaalatamtoota keenya chaanaalota babbareedoo dhimma afaan Oromoo, islaamummaa, odeeyfannoo weeytaawaa,......fi I k fn argachuu barbaadduu???
Maarree @islamicpr fedhii keessan guutuuf chaanaalota kanneen isiniif qopheessee jira.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
💡NAAMUSA MUSLIMAA💡
🌷الأخلاقُ المشروعةُ لكُلّ مُسلمٍ 🌷
👈الصِّدقُ.
👉 Dhugaa dubbachuu
👈الأمانٓةُ
👉 Amaanaa eeguu
👈العفٓافُ
👉 Waan badaarraa of eeguu
👈الحيٓاءُ
👉 Kabajaa qabaachuu
👈الشجٓاعةُ
👉 Jagnummaa qabaachuu
👈الكٓرمُ
👉 Arjummaa qabaachuu
👈الوٓفاءُ
👉 Baallama guutuu
👈حُسنُ الجِوارِ
👉 Wojji Jireenya gaarii qabaachuu
👈مُساعدةُ ذٓوِي الحاجاتِ حٓسبٓ المقدِرٓة
👉 Nama haaja qabu amma danda'mun gargaaru
👈النّزاهةُ عن كلِ ما حٓرّم اللَّه
👉 Waan rabbi haraama godherraa qulqullaahuu
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇✍✍✍✍✍✍✍✍✍✍
@Dawaa qalbii

🍂Siifiin Dhaama🍀
Beekhi Histiin Ati Namatti Yaaddu Waa Takka Hin Jijjiiru( Hin Fayyadu) Inni Si Caaluus Akkuma Si Caaletti Jiraata Osoo Isatti Histii Yaadaa Ooltee Humaa Hin Tartu, Mee Laali Nama Ati Histii Itti Yaadde San Akkam Keeysa Akka Jiru
Khee Qofa Osoo Hin Taane Nama Namni Histii Itti Yaadu Hunda Laali.
☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️
☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪
Rabbiin irraa nuhaa tiysu histirraa👈

🌹 Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @islamicpr qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

Du'aa'ii naaf godhaamee
Xiqqoo haajaan dhabuu
Akka rabbiin rahmata
Isaan nadhaqqabuuuu
Akkanan milkaahu
Hunda Waanan yaadee
Hardha haajaa tokkon
Milkaahuu barbaadee
Milkaayi naan jedhaa
Sin hundi keessanii
Walirraa fagaannus
Bakkuma teessanii
Isinis milkaahaa
Bakkuma jirtanuu
Rabbiin hulaa rahmatasaa
Isiniif haabanuu
@umarsheAhmad
@Kennaapost
T.me/Kennaapost
Xiqqoo haajaan dhabuu
Akka rabbiin rahmata
Isaan nadhaqqabuuuu
Akkanan milkaahu
Hunda Waanan yaadee
Hardha haajaa tokkon
Milkaahuu barbaadee
Milkaayi naan jedhaa
Sin hundi keessanii
Walirraa fagaannus
Bakkuma teessanii
Isinis milkaahaa
Bakkuma jirtanuu
Rabbiin hulaa rahmatasaa
Isiniif haabanuu
@umarsheAhmad
@Kennaapost
T.me/Kennaapost
Telegram
KENNAA
KENNAA Dhaloota Qubeetiif!!
Chaanaalii kana irraa👇
👉DA'AWAA
👉ODEEYFANNOO
👉WALALOO
👉ASOOSAMA
👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!!
✍yaadaaf👇
@AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!
Chaanaalii Youtube 👉 https://youtube.com/@kennaatube3465?si=5ATT3Pd
Chaanaalii kana irraa👇
👉DA'AWAA
👉ODEEYFANNOO
👉WALALOO
👉ASOOSAMA
👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!!
✍yaadaaf👇
@AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!
Chaanaalii Youtube 👉 https://youtube.com/@kennaatube3465?si=5ATT3Pd
🌹Obbolummaa 🌹
✍by Abdulaziz Ahmeddiin
Ila yaa obboleessa koo
Na dhagahi yaadachiisa
Atis obboleettii too
Narraa fudhadhu gorsa
Garaagarummaa lakkaa'uun
Wal irraa nu fageessaa
Fuula keenya haa deebifnuu
Gara quraana fi hadiisa!!!!!!!
Furmaanni rakkoo harraa
Achi keessa qorsi isaa!!!!!!!
Yaadni namaa gargari
Tokko miti amalli isaa
Kun mallattoo Rabbiiti
Raajeeffadhu hikmaa isaa
Yoomiyyuu tokko hin ta'u
Kana hin dandeessu tasa!!
Hundan tokko godhaadhaaf
Kanaan of hin yaaddeessin
Yaada koo morme jettee
Hundatti ija hin diimeessin!
Obboleessa muslimaa
Onnee kee irraa jaaladhu
Rakkoo isa hambisuuf
Ofii keetii rakkadhu
Gammachuu isaa hawwi
Fedhii isaa duurfadhu!
Ni miidhamta hin sehin
Gaafa sana injifattaa
Bu'aa jaalala keetii
Dachaa gootee argattaa
Siyaasni gaararraadha
Bifti isaa ni jijjiiramaa
Galgala wal ciniinaa
Wal dhuungatu ganama
Sababa kanaaf jettee
Hin xureessin muslima!!
Saba fedhe haa ta'u
Hin jibbin sanyummaa isaa
Jaalatee itti hin uumamne
Rabbitu Kenneef badhaasaa
Wanta kee ta'uu dhabeef
Hin jibbin obboleessa!!!!!!!!
Roorroo isarra gahuuf
Ati bakka bu'II mormi
Kan sifaana salaatu
Akka hin roorrifne ormi
Sababa obboleessa keetiif
Haa si citullee mormi!!!
Obboleessa muslimaa
Kufrummaa f hin dhiyeessin
Hanqina isaa barbaaddee
Waan xiqqoon hin eeybeeysin
Nabsiyyaa irratti gargaartee
Sheeyxaanaaf hin kiyyeessin!!!
Namni guutuun hin jiru
Hundumtuu ni dogoggoraa
Hanqina obboleessa kee
Fuutee dhaadheessuun dura
Jallinatti lakkooftee
Irraa fagaachuu irra
Suuta jedhii itti siqi
Bareeffadhu haala kee
Gorfadhuu sirreeffadhu
Qajeelchi obboleessa kee!!
Yookaa ni dogoggore
Yookaa immoo wallaaluma
Dogoggoru sirreeysi
irra caalaan gorsumaa
Yoo wallaale barsiisi
Shari'aa islaamummaa!!
Yoo nuti kana goone
Mudaa walii duuchinee
Sababa xixiqqoodhaaf
Wal qoqqooduu lakkifnee
Fedhii lubbuu kenyaarra
islaamummaa duursine
Gaafas humna arganna
Ni jabaanna durirra
Fagoo irraa nu sodaatu
Ashaddoonni khaafiraa
Rabbiin ol nu taasisa
Nu caalchisee hunda irra!
Yaadaaf @AbdiiBiyyaa

As wr wb kabajamtootaafi jaallatamtoota garee Al-Ihsaan
Waan kana Obsaan dubbisaa
@Ehsan_tube
Hikmaa Nabi Muhammad (s.a.w) Dubartoota Hedduu Fuudhef
Bismillahirrahmaanirrahiim
Yeroo keessa jirru kanattti Diddoonni gaafiwwan walxaxaa (shubhaa) hedduu kaasanii muslimtoota Amantii isaanii xureessu fi nabiyicha aybessuudhaan amantii isaani jibbisiisuu fi shakkisiisuuf dalagaa guddaa dalagaa jiran. Lola fikraa yookan 'duula yaada jijjiruu' jedhama duulli amma isaan itti jiran kun. Kana keessaa shubhaan har'a biyya keenya keessa facaatee tuutti protestaantii ummata keennan dhamaasaa jirtu keessaa tokko: Nabiyyiin keessan (Muhammad) dubartii heddu fuudha, fedhii isaa guttachuuf ammas Muslimtootni dubartii heddu fudhun ni eyyamamaaf kun aadaa duubatti hafaadha adeemsa waliin jireenya ammayyaa kana wajjiin hin deemu fi wfk je'anii muslimtoota qaanfachisuuf Nabiyyiin ashuu (coorutti) jiran
Waa cufa dura Rabbii nu uumee isa waan nuu toluuf waan nuun tolle bareechee bekun seera tumameen warra bulu nu taasiseef galatni isa haa gayu. Dubartiin uumamaan dhiira tokko kan kophaa isiitin of gahuu isii akkasuma dhiirri dubartoota hedduu waliin ta'uun (polygamy) akka isa gammachiisu saayinsiin ni mirkaneessa.
Kutaa 2 ffaan itti fufa...
JOIN Godhi ↓↓↓↓
☘☘☘☘☘☘☘☘☘☘☘☘☘☘☘☘☘☘☘☘☘☘☘☘☘☘☘☘☘☘👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@dawaaqalbii
From@Ehsan_tube

📌 Jechoota gorsaa keessaa📌
''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''
💬 Irra caalatti kan dinqisiifatamuu qabu namoota addeessa irraa quphatan osoo hin taane. Namoota akkaataa isaan addeessa irraa ittiin quphatan barsiisaniidha. Garuu kan jara lameenirraayyuu dinqisifatamuu qabu kan addeesssas jara kanas uume rabbiin dinqisiifatamu qaba, subhaanallaah.
¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤
💬Ati faayidaa qabda guyyaa namoonni si hubatan namoota baay'ee fayyadda.
rabbiin ilma namaa hundaafuu dandeettii kenneeftu jira, dandeetti qabdu sana barbaaddee cimstaa deemuun ammoo tattaaffii kee barbaada rabbiin ammoo irratti si qarqaara.
¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤
💬 Waan dalagdu keessatti qaanfii qabaadhu:Rabbiin gaafa hoongoo fi salphina xiqqeenna dunyaa fi akiratti sitti fedhe, qaanfii/saalfannaa sirraa fuudha. Nabiin keenya irra hedduu nama qaanfatuu turan. Garuu qaanfiin dhugaa fi haqa dubbachuu, badii irraa nama dhoowwuu fi keeyritti nama ajajuu hin dhiifne. @Kennaapost
''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''
💬 Irra caalatti kan dinqisiifatamuu qabu namoota addeessa irraa quphatan osoo hin taane. Namoota akkaataa isaan addeessa irraa ittiin quphatan barsiisaniidha. Garuu kan jara lameenirraayyuu dinqisifatamuu qabu kan addeesssas jara kanas uume rabbiin dinqisiifatamu qaba, subhaanallaah.
¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤
💬Ati faayidaa qabda guyyaa namoonni si hubatan namoota baay'ee fayyadda.
rabbiin ilma namaa hundaafuu dandeettii kenneeftu jira, dandeetti qabdu sana barbaaddee cimstaa deemuun ammoo tattaaffii kee barbaada rabbiin ammoo irratti si qarqaara.
¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤
💬 Waan dalagdu keessatti qaanfii qabaadhu:Rabbiin gaafa hoongoo fi salphina xiqqeenna dunyaa fi akiratti sitti fedhe, qaanfii/saalfannaa sirraa fuudha. Nabiin keenya irra hedduu nama qaanfatuu turan. Garuu qaanfiin dhugaa fi haqa dubbachuu, badii irraa nama dhoowwuu fi keeyritti nama ajajuu hin dhiifne. @Kennaapost
Forwarded from Kena
🌹 Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @islamicpr qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @islamicpr qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Forwarded from KENNAA
✍by💕@ Abdishaal
@Kennaapost
BAAY'EEN JIBBA
------------------------------------
Gaaf walbaran waltuffachu
Har'a argani wal dhungachu!
Aduu dhiiteen walbeellamu
Oso hin hubatin dheekamu!
Shakkii jaalala keessaa
Hacuuccaa ilma hiyyeessaa!
Huccuun nama madaaluu
Hatanii nama ilaaluu!
Daree keessatti muguu
Humna ofii ol dhuguu!
Jette jettee haasa'uu
Dargaggummaan raata'uu!
Dargaggeessa gagamaa
Nyaata marqaa fi dhamaa!
BAAY'EEN JAALADHA
-----------_---------------------------------
Hirriba barii gubbaa
Gara laafettii durbaa!
Kopheef kaalsii qullaa'aa
Dhugaatii diilallaa'aa!
Dadhabanii boqachuu
Wanta haaraa barachuu!
Mushurraa morma lamaa
Jaalala ilma namaa!
Haasoyni dubbii qolaa
Hundarra natti tola!
https://t.me/Kennaapost
@Kennaapost
BAAY'EEN JIBBA
------------------------------------
Gaaf walbaran waltuffachu
Har'a argani wal dhungachu!
Aduu dhiiteen walbeellamu
Oso hin hubatin dheekamu!
Shakkii jaalala keessaa
Hacuuccaa ilma hiyyeessaa!
Huccuun nama madaaluu
Hatanii nama ilaaluu!
Daree keessatti muguu
Humna ofii ol dhuguu!
Jette jettee haasa'uu
Dargaggummaan raata'uu!
Dargaggeessa gagamaa
Nyaata marqaa fi dhamaa!
BAAY'EEN JAALADHA
-----------_---------------------------------
Hirriba barii gubbaa
Gara laafettii durbaa!
Kopheef kaalsii qullaa'aa
Dhugaatii diilallaa'aa!
Dadhabanii boqachuu
Wanta haaraa barachuu!
Mushurraa morma lamaa
Jaalala ilma namaa!
Haasoyni dubbii qolaa
Hundarra natti tola!
https://t.me/Kennaapost
Telegram
KENNAA
KENNAA Dhaloota Qubeetiif!!
Chaanaalii kana irraa👇
👉DA'AWAA
👉ODEEYFANNOO
👉WALALOO
👉ASOOSAMA
👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!!
✍yaadaaf👇
@AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!
Chaanaalii Youtube 👉 https://youtube.com/@kennaatube3465?si=5ATT3Pd
Chaanaalii kana irraa👇
👉DA'AWAA
👉ODEEYFANNOO
👉WALALOO
👉ASOOSAMA
👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!!
✍yaadaaf👇
@AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!
Chaanaalii Youtube 👉 https://youtube.com/@kennaatube3465?si=5ATT3Pd
kunuunfadhu yatiima
Ka Rabbiin sitti kenne horii
Nabiyyii wajjin ollaa tahi
Jannata keessatti borii
Sahaabotaan jedhan nabiin✌
Sagalee olkaasaniiiiiiiiiiiiiiiii✌
Warra duuniyaa gubbaatti✌
Yatiima kunuunsaniiiiiiiiiiii✌
Jannata keessatti jedhan✌
Namichaafi aniiiiiiiiiiiiiiiiiiii✌
Kunoo akkana jechuuuun✌
Itti akeekaniiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiii✌
Qubasaanii lamaaaaaaan✌
Walcina dhaaaaabaaniiiiii✌
Wanni kana caaaaaaaaaale✌
Maaltu jira takkuuuuuuuuu✌
Yoosaan waliin tahuu feetee✌
Akka quba lakkuuuuuuuuuu✌
Yatiima kunuunfadhuuuuuu✌
Akkasaan jedhaniiiiiiiiiiiiiiiitti✌
Akka taatuuuuuf ollaasaanii✌
Bor jannata keeeeeeessatti✌
From Arisala
Ka Rabbiin sitti kenne horii
Nabiyyii wajjin ollaa tahi
Jannata keessatti borii
Sahaabotaan jedhan nabiin✌
Sagalee olkaasaniiiiiiiiiiiiiiiii✌
Warra duuniyaa gubbaatti✌
Yatiima kunuunsaniiiiiiiiiiii✌
Jannata keessatti jedhan✌
Namichaafi aniiiiiiiiiiiiiiiiiiii✌
Kunoo akkana jechuuuun✌
Itti akeekaniiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiii✌
Qubasaanii lamaaaaaaan✌
Walcina dhaaaaabaaniiiiii✌
Wanni kana caaaaaaaaaale✌
Maaltu jira takkuuuuuuuuu✌
Yoosaan waliin tahuu feetee✌
Akka quba lakkuuuuuuuuuu✌
Yatiima kunuunfadhuuuuuu✌
Akkasaan jedhaniiiiiiiiiiiiiiiitti✌
Akka taatuuuuuf ollaasaanii✌
Bor jannata keeeeeeessatti✌
From Arisala
As wr wb
Dhaamsa tana xiinxali
👇👇👇👇👇👇👇
Atis ilma namaati waan taateef ana malee namni hin beeku jette nama hin tuffatin hin xiqqeessin tarii inni ati tuffattu sun si caalaa beekumsa qabaachuu malaa yookin Bakka ati geette caaluu da nda'a xiqqas guddaas wallaalaf beekas kabaji NASIHAA GODHIIF malee duubanis hin hamatin
☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪
@dawaaqalbii👈join
💐💐💐💐💐💐💐💐
Hiriyyaa keetifis Share godhi