Forwarded from Deleted Account
Forwarded from Deleted Account
Forwarded from Faana beekumsaa (Ibnul Islam)
DUBARTIIN SHITTOO DIBATTU DILII AKKAM QBADI ?
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
By. @gaaddisa_dhugaa
Hadiisa Rasuulaa sallallaahu Aleeyhi wasallam....
Hadiisa Abiy Muusaa Al Ash'arii irraa odeeyfame keeysatti ergamaan rabbii saw akkana je'e
"Dubartiin takka waan isii irraa urgaawu dibattee tuuta/ namoota cinaa dabarte akka foolii isii san irraa dhagayaniif, isiin akka nama zinaa godheeti"
Subhaanallah dhiiroo dubartiin Muslimaa hanagam takka waan kanarraa fagaatanii jiran keeysaafuu yeroo ammaan tanaa...
Yaa rabbi dubartii teenya hunda fatanaa tanarraa isaan tiiysi
`·.💌Join💌 Join 💌Join 💌👇
✯••┈┈┈┈••✦❤️✦••┈┈┈┈••✯
@Gaaddisa_dhugaa
@Bashashaa
@B_islaamummaa

Forwarded from Ado
👇👇👇👇👇👇🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
👉❤🙌WOW KABAJAMTOOTA HORDOFTOOTA KEENYA MAAL ARGACHUU BARBAADA?????????
🙏CHANNELI BARNOOTA ADDA ADDA IRRA ARGATU QABANNE DHUFNERRA MAARRE JOIN JOIN QOFA TUQA!!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇🌲🌲👇👇
✅ITTI DABALUUDHAN WARREN CHANNELI KESSAN BEEKSIFACHU BARBAADAN GALMA KANA JOIN GODHA ISININ JENNA
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@ABDETUOR
🙏 @ABDETUOR 🙏
@ABDETUOR
👆👆👆👆👆👆👆👆👆

Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
Assalaamu'aleykum worahmatullaahi wobarakaatu obboleewwan muslimaa
Adaraa ergaa kana dubbistanii hin callisinaa Hamma dandeessaniin nu gargaaraa akkasumas miidiyaa islaamaa guddisaa hundi keessan dhimma kana irratti hirmaadhaa youtube n tokko hojii jalqabuuf namoonni 1,000 (kumni tokko) Subscribe gochuu barbaachisa garuu nuti miidiyaa ummata muslimaa tajaajilu Subscribe gochuuf nutti ulfaata? Garuu maaliifi jedhaa mee of madaalaa itti yaadaa Osoo miidiyaa waa'ee amantii keenyaatiin wol faallessu ta'ee namoonni meeqa subscribe akka godhuufi akka hordofu beektu Silaa kan dursuu qabu dhimma amantii keenyaati Nuti ergaa isiniif dabarsuuf dursa gargaarsa rabbii barbaanna itti aansuun gargaarsa keessan barbaanna kanaafuu nutu wol gargaara nutu woliif tumsa Subscribe godhaa haamilee nuuf ta'aa nu jajjabeessaa liinkii gadii kana tuquun subscribe nuuf godhaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.youtube.com/channel/UCTFiNAQOHXblA19rrpUi_8A
Ergaa gabaabduu Qur'aanaafi Faayidaa isaa jedhu kanas ilaalaa share like gochuun nu jajjabeessaa👇👇👇
https://youtu.be/Dn1AvbkfQ3U

YouTube
Hojii Online
Chaaneelii Kana Subscribe gochuun waa'ee teeknolojii fi akkaataa mobaayila keenyaan mana teenyee qarshii hojjetachuu dandeenyu baradhaa
Forwarded from 𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر (Abul-mansuur Ebrahim Eda'o)
Oduu Gaddaa.
Daa'ii Imaama Masjida guddaa masjida Al nuur baale Roobee kan tahan Guyyaa harraa jechuun 29 /11 / 2012 kara Ganda Aakhiraa godaanan.
Rabbi isaaniif Haa araaramu Dalagaa isaanii rabbi irraa haa qeebalu.
Maatii isaanii fii ummata Islaama hunda rabbi sabrii Haa kennuuf Aaaaaamiiin 😭😭😭
https://t.me/tafak_or

🎬Dhandhamadhu mi'aa qura'aanaa ⬆️
======================
-Nabi Nuuh(A.S) ummatta isaa gara rabbititti yaamee azaaba rabbiitinis sodaachisee didan.
inumaa akki jedhaniin,
-Yaa nuuh ati nuun falmuu heddumeeysite, mee Azaaba nuun sodaachiftu san nutti fidi jedhaniin. azaaba yoo kafartan isinitti bu'a jettu sana nutti buusi yoo warra dhugaa dubbatu taate.
-Nuuhis ni jedheen:-Azaaba isinitti bu'u san rabbii isin itti kafartan santu isinitti fida malee anaa miti, isin bakka Rabbi jalaa itti baatan/dheessitan hin qabdan.
Yaa ummata kiyya yoonan isin gorsee isin qajeelchuu fedhe, gorsi kiyya isin hin qajeelchu, Yoo rabbiin kan isin jallisuu fedhe taye, inni rabbii keessani kan isin uume, kan eega duutanii kaafamtanii gara isaa deebitan gafatamuu jecha.
Duuba akka saniin erga bishaan dachii burqee samii dhangala'ee warra safiinaa(doonii) gubbaa jiru malee, Nama kaan laffarraa fixe.
་་་་་་་་་་་་་་་་་་་
🕘0:56 2.7MB ♻️share godhi qur'anni sadaqaa jaariyaadha lubbuma ofiitiif.
་་་་་་་་་་་་་་་་་་་་་་་

[alhamdulillaah]
Oduu gammachiisaa ustaaz mahmoud Al-Hasnaat hiikameera baga gammaddan baga gammanne uuuuufffff ❤❤❤❤❤ Qalbii kootu afuura baafatte yaa rabbi galata kee
mahmoud Al-Hasnaat hidhaa guyyaa 15 mana hidhaatti dabarseen booda nagayaan mana hidhaatii bahee jaallattootaaf dinqisiifattoota isaatiin wal gahee jira
mahamuud Al-hasanaat hiriira guddicha magaalaa khaartum keessatti taheen shakkamee too'annoo jela kan oole yommuu tahu odeeffannoo dharaa mootumma suudaaniif laatameen hidhamee kan ture mahmoud Al-Hasnaat bilisaan bahee jira.
haqni yoomuu injifataadha baga gammadne ♥

Forwarded from Gadaa Post
ODUU AMMEE❗️
Artiistoota fi qabsaa'ota Oromoo dhiyeenya kana magaala Adaamaa keessatti to'annoo jala oolfamanii turan Jaafar Yusuuf fi Maammoo Gadaa mana hidhaati gad lakkifamaniiru.
@Gadaapost

#BREAKING
👇👇😂✍✍✍
Konfaransiin Koree Hojii Raawwachiiftuu Paartii Badhaadhiinaa Oromiyaa guyyaa lamaaf gaggeeffamaa ture xumuramee jira.
Xumura irrattiis Konfaransiichi Hoggantoota koree giddugaleessa Paartii Badhaadhiina Oromiyaa 3 (sadiii) koree giddugaleessaa paartichaa keessaa ittiisee jira.
Gaggeessitoonni ittiifaman kunniis; Kab. Obbo Lammaa Magarsaa, Aadde Xayibaa Hassan fi Dr. Milkeessaa Miidhagaa ta'uu Obbo Fiqaaduu Tasammaa Hogganaan Waajjira Paartii Badhaadhiina Oromiyaa ibsaniiru.
#SHARE
@Kennaapost
maddi miidayaale biyyaati faana,obn
@

■◇-kan yeroo hundaa kolfu beekkumsa of dhoowwa.
■◇-kan yeroo hundaa kadhatu kennaa of dhoowwa.
■◇-kan yeroo hundaa kakatu amantii of dhoowwa.
■◇-kan yeroo hundaa jarjaru hiree of dhoowwa.
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
https://t.me/Sammaan

Telegram
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai

Forwarded from BBC News Afaan Oromoo
Indiyaa magaala Baangilooritti namoonni nabiyyicha Mohaammad arrabsamu mormuuf bahan poolisiin walitti bu’anii namoonni sadii ajjefaman.
Hiriirri mormii kun gara jeequmsatti kan jijjirame, hiriirtonni waajira poolisii fi mana qondaala siyaasaa fira namticha barreeffama kana maxxanse jedhamee duratti bahuun booda ture.
Midiyaaleen biyyatti akka himanitti, barreeffamni kun hiriira sana booda toora feesbuukirraa haqame.
Hiriirtonni konkolaattotatti ibidda qabsiisuun, poolisoota naannicha dhaqanitti dhagaa darbachuun walitti bu’aniiru. Namoonni sadiis du’uun ibsameera.
Hiriira Kibxata galgala kanaan poolisoonni 60 ol mada’uu komishiniin Poolisii magaalichaa ibseera.
Poolisiin nama barreessuun shakkame dabalatee, hiriirtota 110 hidheera. Ammatti poolisiin magaalichaa haala ture to’anneerra jedha.
Miseensi mana maree Akaandaa Sirinivaas jedhamu hiriirtoonni akka tasgabba’aan gorsuun, shakkamaa seeratti dhiyeessina jechuun mormiin kun akka qabbana’uuf waamicha dhiyeessaniiru.
____
@bbcAfaanOromoo

Manni murtii shari'aa Naajeeriyaa nama gudeeddii raawwaterratti du'a murteesse!
Manni murtii Shari'aa Naajeeriyaa magaalaa Kaanoo jaarsa shamarree ganna 12 igudedede irratti murtee du'aa murteesse.
Dubbi himaan mana murtii Shari'aa magaalaa Kaanoo BBCtti akka himanitti, jaarsi ganna 61 bara 2019tti baadiyyaa keessatti shamarree kana muka jalatti gudeeduusaatiin kan murteen du'aa irratti murtaa'e jedhaniiru.
Jaarsi fuudhanii maatii ofiisaanii qaban kun akka Shari'aa Islaamaatti dhakaadhaan rukutamanii akka du'an kan murteen darbe. Yakkamaan kun ol iyyannaa galfachuuf guyyoota 30 qabu.
Murteen du'aa kun yeroo magaalattii keessatti torbee tokkotti mana murtii Shari'aatiin darbu isa lamaffaadha. Guyyaa Wiixataa weellisaan Nabiyyuu Mahaammad weelluusaatiin arrabse murteen du'aa irratti murtaa'eera.
Kaanoon bulchiinsota Naajeeriya heddu keessaa magaalaa seera Shari'aatiin bultudha. Bulchiinsichis seeraa biyyattiifi Shari'aa waliin adeemsisuun waggoota 20 dabarsaniiru.
Asiin dura murteen du'aa baay'een kan darbe ta'us tokko qofadhaan kan hojiirra oolfame.
maddi👇👇👇
Gadaapost

Sunnaa Salaata Fardii yeroo tam Salaanna?
•••
Salaata halkaniitti aansee Salaanni Sunnaa Salaata Fardii boodaan Salaannu mindaa gaarii qaba. Sunan-arrawaatib ja'ama. Sababa Salaata kana Salaatuutin Jannata keessaa manneen badhaafamna. Yeroon Salaata kanaa..
• Salaata Subhii dura Raka'aa 2
• Salaata Zuhrii dura Raka'aa 4. Raka'aa lama lamaan adda babaafnee Salaanna.
• Akkasuma Salaata Zuhrii booda Raka'aa 2
• Salaata Maghribaa booda Raka'aa 2
• Salaata Ishaa'ii booda Raka'aa 2
Eegaa haala kanaan Raka'aa 12 Salaanna jechuudha. Akkuma garru kana Salaata Asrii duraafi boodaas humaa Salaanni Sunnaa Salaannu hin jiru.
Hadiisa haati Mu'mintootaa odeysiteen ergamaan Rabbiiﷺ "Halkanii fi guyyaa keessatti namni Salaata(Sunnaa) Raka'aa kudha lama Salaate, sababa Salaata kanaatin Jannata keessatti manaatu jaaramaaf" ja'e. [Muslimtu gabaase]
عن أم حبيبةَ أمِّ المؤمنين رضي الله عنها قالت: سمعتُ رسول الله صلى الله عليه وسلم يقول: ((مَن صلَّى اثنتَي عشرةَ ركعةً في يومٍ وليلةٍ؛ بُنِي له بهن بيتٌ في الجنة))؛ رواه مسلم

Itoophiyaa keessatti mirgoonni namoomaa cunqurfamaa jiru jechuun 'Human Rights Watch' komateera. Huumaan Raayitis Waach (HRW), aanga'oonni Itoophiyaa miseensota paartilee siyaasaa mormituu hedduufi gaazexeessitoota himannaa osoo irratti hin baniin yeroo dheeraaf mana hidhaa tursiisuun yaaddoo mirgoota namoomaa hamaa uumaa jira jedhe.
http://www.gadaapost.com/news/itoophiyaa-keessatt-2020-08-16-150002333100

gadaapost.com
"Itoophiyaa keessatti mirgoonni namoomaa cunqurfamaa jiru" - Human Rights Watch
Dhaabbanni eegduu mirga namoomaa, Human Rights Watch (HRW) mootummaan Itoophiyaa mirgoota namoomaa cabsaa jira jechuun yaaddoo qabu ibseera. Akka ibsa ...
NUMA DABRAA
abshiraa, abshiraa yaa lammii khoo Numa darba
dukkanti hammttullee bariitu duubaan jira.
Sirni mootummaa hamaatis numa jiga
hubadhu: ijii imimmaan dhangalaastuuf harki imimmaan san irraa haxaawu akka jiru.
miila qoreen dirameefis iji isaaf boochuu akka jirtu.
@Dawaaqalbii

Filisxeenii fi Oromoo!
Wanti wal isaan fakkeessu hedduu dha.
Lameen isaanii biyya isaanii nyaaphaan dhuunfatamanii roorroon manatti isaan galtee jirti.
Galgala kana dhukaasa Israayil Filisxeenota irratti dhukaasteen ooyiruun nyaataa Filisxeenotaa barbadaa'ee jira. Bara as deemu kana Filisxeenota beelaan adabuuf karoorfatteeti.
Nii milkaa'afii laata?
Abadan Rabbi hin milkeessuun.
Tuutni nafxanyaas guyyaa har'aa ilmaan Oromoo daguuguuf karoorfatee olka'ee jira. Nii milkaa'a laata?
Abadan Rabbi hin milkeessuun.
Inshaa Allah
Yaa Allaah Sima Abdiin keenna.