Dawaa Qalbii
9.03K subscribers
2.08K photos
37 videos
39 files
2.8K links
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓

@Rabbiiftai
Download Telegram
Forwarded from Ado

🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴 Namoonni telegramii fayyadamtan chaaneelii bareedduu armaan gadii kana hin qabdanu jedhee hin yaadu ani chaneelii kanatti baayyee gammadeera isinis join godhachuun gammachuu koo na wojjin qooddadhaa

👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Forwarded from Deleted Account
Namoonni telegramii fayyadamtan chaaneelii bareedduu armaan gadii kana hin qabdanu jedhee hin yaadu ani chaneelii kanatti baayyee gammadeera isinis join godhachuun gammachuu koo na wojjin qooddadhaa
Forwarded from AL-RISALA HUMANITY CENTER (ⓐ🇳🇸🇷🏂)
HIDHAMTOOTA HAQA MALEE HIDHAMAN HUNDAA BAKKA JIRUUTTI RABBIIN NUUF HAA BIRMATUUF

mahamuud Al-hasanaat jedhama dhalataa biyya filisxeeni magaalaa gazzaatti dhalate. daa'ii beekamaadha hedduu hawaasa keessatti jaallatamaa falmaa mirga dhala namaati
yeroo amma biyya suudaan keessatti qabamee hidhame jira .
RABBIIN NUUF HAA BIRMATU
👇👇👇

@Alrisala1
@Alrisala1
Forwarded from Gadaa Post
Oolmaa Dhaddachaa Obbo Baqqalaa Garbaa❗️

Itti Aanaa Dura Taa'aa KFO (Oromo Federalist Congress - OFC) Obbo Baqqalaa Garbaa har'a waaree booda Dhaddachaa Lidataatti dhiyaatanii turan.

Gareen qorattootaa galmeen nuuf cufamee qorannoo duraa (ቀዳሚ ምርመራ) goona jechuun gaafataniiru. Gareen Abukatoota gama isaatiin qorannoon hanga ammaatuu yakki raawwatamuu waan hin agarsiisneef mirgi wabii Obbo Baqqalaaf akka eegamu gaafateera.

Manni Murtii Federaalaa Sad. Jalqabaa Dhaddacha Lidataa galmee qorachuuf gaafa 30/11/2012 A.L.Htti beellameera.

Maddi: GAHSO
@Gadaapost
@Gadaapost
Forwarded from Kena
🔊BREAKING NEWS

ODEEFFANNOO AMMA NU DHAQQABEEN ......
..

Aktiivistootaa fi gaazexeessitoota dhiyeenya too'annaa jala oolan keessaa ..
Forwarded from Faana beekumsaa (Ibnul Islam)
DUBARTIIN SHITTOO DIBATTU DILII AKKAM QBADI ?
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
By. @gaaddisa_dhugaa

Hadiisa Rasuulaa sallallaahu Aleeyhi wasallam....

Hadiisa Abiy Muusaa Al Ash'arii irraa odeeyfame keeysatti ergamaan rabbii saw akkana je'e

"Dubartiin takka waan isii irraa urgaawu dibattee tuuta/ namoota cinaa dabarte akka foolii isii san irraa dhagayaniif, isiin akka nama zinaa godheeti"

Subhaanallah dhiiroo dubartiin Muslimaa hanagam takka waan kanarraa fagaatanii jiran keeysaafuu yeroo ammaan tanaa...

Yaa rabbi dubartii teenya hunda fatanaa tanarraa isaan tiiysi

`·.💌Join💌 Join 💌Join 💌👇
✯••┈┈┈┈••✦❤️✦••┈┈┈┈••✯
@Gaaddisa_dhugaa
@Bashashaa
@B_islaamummaa
Forwarded from Ado
👇👇👇👇👇👇🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
👉🙌WOW KABAJAMTOOTA HORDOFTOOTA KEENYA MAAL ARGACHUU BARBAADA?????????
🙏CHANNELI BARNOOTA ADDA ADDA IRRA ARGATU QABANNE DHUFNERRA MAARRE JOIN JOIN QOFA TUQA!!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇🌲🌲👇👇
ITTI DABALUUDHAN WARREN CHANNELI KESSAN BEEKSIFACHU BARBAADAN GALMA KANA JOIN GODHA ISININ JENNA
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@ABDETUOR
🙏 @ABDETUOR 🙏
@ABDETUOR
👆👆👆👆👆👆👆👆👆
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
Assalaamu'aleykum worahmatullaahi wobarakaatu obboleewwan muslimaa

Adaraa ergaa kana dubbistanii hin callisinaa Hamma dandeessaniin nu gargaaraa akkasumas miidiyaa islaamaa guddisaa hundi keessan dhimma kana irratti hirmaadhaa youtube n tokko hojii jalqabuuf namoonni 1,000 (kumni tokko) Subscribe gochuu barbaachisa garuu nuti miidiyaa ummata muslimaa tajaajilu Subscribe gochuuf nutti ulfaata? Garuu maaliifi jedhaa mee of madaalaa itti yaadaa Osoo miidiyaa waa'ee amantii keenyaatiin wol faallessu ta'ee namoonni meeqa subscribe akka godhuufi akka hordofu beektu Silaa kan dursuu qabu dhimma amantii keenyaati Nuti ergaa isiniif dabarsuuf dursa gargaarsa rabbii barbaanna itti aansuun gargaarsa keessan barbaanna kanaafuu nutu wol gargaara nutu woliif tumsa Subscribe godhaa haamilee nuuf ta'aa nu jajjabeessaa liinkii gadii kana tuquun subscribe nuuf godhaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.youtube.com/channel/UCTFiNAQOHXblA19rrpUi_8A

Ergaa gabaabduu Qur'aanaafi Faayidaa isaa jedhu kanas ilaalaa share like gochuun nu jajjabeessaa👇👇👇

https://youtu.be/Dn1AvbkfQ3U
Forwarded from 𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر (Abul-mansuur Ebrahim Eda'o)
Oduu Gaddaa.

Daa'ii Imaama Masjida guddaa masjida Al nuur baale Roobee kan tahan Guyyaa harraa jechuun 29 /11 / 2012 kara Ganda Aakhiraa godaanan.

Rabbi isaaniif Haa araaramu Dalagaa isaanii rabbi irraa haa qeebalu.

Maatii isaanii fii ummata Islaama hunda rabbi sabrii Haa kennuuf Aaaaaamiiin 😭😭😭
https://t.me/tafak_or
🎬Dhandhamadhu mi'aa qura'aanaa ⬆️
======================
-Nabi Nuuh(A.S) ummatta isaa gara rabbititti yaamee azaaba rabbiitinis sodaachisee didan.
inumaa akki jedhaniin,
-Yaa nuuh ati nuun falmuu heddumeeysite, mee Azaaba nuun sodaachiftu san nutti fidi jedhaniin. azaaba yoo kafartan isinitti bu'a jettu sana nutti buusi yoo warra dhugaa dubbatu taate.
-Nuuhis ni jedheen:-Azaaba isinitti bu'u san rabbii isin itti kafartan santu isinitti fida malee anaa miti, isin bakka Rabbi jalaa itti baatan/dheessitan hin qabdan.
Yaa ummata kiyya yoonan isin gorsee isin qajeelchuu fedhe, gorsi kiyya isin hin qajeelchu, Yoo rabbiin kan isin jallisuu fedhe taye, inni rabbii keessani kan isin uume, kan eega duutanii kaafamtanii gara isaa deebitan gafatamuu jecha.

Duuba akka saniin erga bishaan dachii burqee samii dhangala'ee warra safiinaa(doonii) gubbaa jiru malee, Nama kaan laffarraa fixe.
་་་་་་་་་་་་་་་་་་་
🕘0:56 2.7MB ♻️share godhi qur'anni sadaqaa jaariyaadha lubbuma ofiitiif.
་་་་་་་་་་་་་་་་་་་་་་་
[alhamdulillaah]

Oduu gammachiisaa ustaaz mahmoud Al-Hasnaat hiikameera baga gammaddan baga gammanne uuuuufffff Qalbii kootu afuura baafatte yaa rabbi galata kee

mahmoud Al-Hasnaat hidhaa guyyaa 15 mana hidhaatti dabarseen booda nagayaan mana hidhaatii bahee jaallattootaaf dinqisiifattoota isaatiin wal gahee jira

mahamuud Al-hasanaat hiriira guddicha magaalaa khaartum keessatti taheen shakkamee too'annoo jela kan oole yommuu tahu odeeffannoo dharaa mootumma suudaaniif laatameen hidhamee kan ture mahmoud Al-Hasnaat bilisaan bahee jira.

haqni yoomuu injifataadha baga gammadne
Forwarded from Gadaa Post
ODUU AMMEE❗️

Artiistoota fi qabsaa'ota Oromoo dhiyeenya kana magaala Adaamaa keessatti to'annoo jala oolfamanii turan Jaafar Yusuuf fi Maammoo Gadaa mana hidhaati gad lakkifamaniiru.

@Gadaapost
@Gadaapost
#BREAKING
👇👇😂

Konfaransiin Koree Hojii Raawwachiiftuu Paartii Badhaadhiinaa Oromiyaa guyyaa lamaaf gaggeeffamaa ture xumuramee jira.

Xumura irrattiis Konfaransiichi Hoggantoota koree giddugaleessa Paartii Badhaadhiina Oromiyaa 3 (sadiii) koree giddugaleessaa paartichaa keessaa ittiisee jira.

Gaggeessitoonni ittiifaman kunniis; Kab. Obbo Lammaa Magarsaa, Aadde Xayibaa Hassan fi Dr. Milkeessaa Miidhagaa ta'uu Obbo Fiqaaduu Tasammaa Hogganaan Waajjira Paartii Badhaadhiina Oromiyaa ibsaniiru.
#SHARE

@Kennaapost
maddi miidayaale biyyaati faana,obn
@
■◇-kan yeroo hundaa kolfu beekkumsa of dhoowwa.
■◇-kan yeroo hundaa kadhatu kennaa of dhoowwa.
■◇-kan yeroo hundaa kakatu amantii of dhoowwa.
■◇-kan yeroo hundaa jarjaru hiree of dhoowwa.
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
https://t.me/Sammaan