Dawaa Qalbii
9.04K subscribers
2.08K photos
37 videos
39 files
2.8K links
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓

@Rabbiiftai
Download Telegram
Forwarded from Faana beekumsaa (Islam new hiwote)
Watch "New Neshida Asmamaw Ahmed (amsayaw yet ataw) አምሳያው_የታጣው"አዲስ ነሺዳ አስማማው_አህመድ" on YouTube
https://youtu.be/CWs3TNlApZk
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
Haasaa Hiriyoota lamaanii dubbisaa itti seeqaa😂

Ahmed:- Kaalid rakkoo tokkotu na mudate
Kaalid:- maali inni?
Ahmed:- Mana koo keessatti Hantuutatu baayyate
Kaalid:- Shiboodhan qabdee hin ajjeestuu
Ahmed:- Shiboo hin qabu
Kaalid:- maalif hin bitanne
Ahmed:- Maallaqa hin qabu
Kaalid:- ani Shiboo siif kennuu niin danda'a
Ahmed:- Kuni yaada gaariidha naaf kenni
Kaalid:- ati Dhadhaa xinnoo takka Shiboo keessa kaa'uu qofatu sirraa eegama
Ahmed:- Dhadhaa hin qabu
Kaalid:- Tole daabboo xinnoo tokko Zaytii itti dibii keessa kaa'iif
Ahmed:- Zaytii hin qabu
.
.
.
Kaalid:- duuba Hantuutni Maal gochuuf mana kee seeneree....hin jedhuun seetani😁😂🤣

maaliga ilaalte callisuun Share godhiga
@gaaddisa_dhugaa
Assalaamu'aleykum worahmatullaahi wobarakaatu obboleewwan muslimaa

Adaraa ergaa kana dubbistanii hin callisinaa Hamma dandeessaniin nu gargaaraa akkasumas miidiyaa islaamaa guddisaa hundi keessan dhimma kana irratti hirmaadhaa youtube n tokko hojii jalqabuuf namoonni 1,000 (kumni tokko) Subscribe gochuu barbaachisa garuu nuti miidiyaa ummata muslimaa tajaajilu Subscribe gochuuf nutti ulfaata? Garuu maaliifi jedhaa mee of madaalaa itti yaadaa Osoo miidiyaa waa'ee amantii keenyaatiin wol faallessu ta'ee namoonni meeqa subscribe akka godhuufi akka hordofu beektu Silaa kan dursuu qabu dhimma amantii keenyaati Nuti ergaa isiniif dabarsuuf dursa gargaarsa rabbii barbaanna itti aansuun gargaarsa keessan barbaanna kanaafuu nutu wol gargaara nutu woliif tumsa Subscribe godhaa haamilee nuuf ta'aa nu jajjabeessaa liinkii gadii kana tuquun subscribe nuuf godhaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.youtube.com/channel/UCTFiNAQOHXblA19rrpUi_8A

Wolaloo gabaabduu armaan gadii kanas dhaggeefadhaa waan baayyee irraa baradhaa👇👇👇
https://youtu.be/sHluKXhJHoo
Forwarded from Ado

🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴 Namoonni telegramii fayyadamtan chaaneelii bareedduu armaan gadii kana hin qabdanu jedhee hin yaadu ani chaneelii kanatti baayyee gammadeera isinis join godhachuun gammachuu koo na wojjin qooddadhaa

👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Forwarded from Deleted Account
Namoonni telegramii fayyadamtan chaaneelii bareedduu armaan gadii kana hin qabdanu jedhee hin yaadu ani chaneelii kanatti baayyee gammadeera isinis join godhachuun gammachuu koo na wojjin qooddadhaa
Forwarded from AL-RISALA HUMANITY CENTER (ⓐ🇳🇸🇷🏂)
HIDHAMTOOTA HAQA MALEE HIDHAMAN HUNDAA BAKKA JIRUUTTI RABBIIN NUUF HAA BIRMATUUF

mahamuud Al-hasanaat jedhama dhalataa biyya filisxeeni magaalaa gazzaatti dhalate. daa'ii beekamaadha hedduu hawaasa keessatti jaallatamaa falmaa mirga dhala namaati
yeroo amma biyya suudaan keessatti qabamee hidhame jira .
RABBIIN NUUF HAA BIRMATU
👇👇👇

@Alrisala1
@Alrisala1
Forwarded from Gadaa Post
Oolmaa Dhaddachaa Obbo Baqqalaa Garbaa❗️

Itti Aanaa Dura Taa'aa KFO (Oromo Federalist Congress - OFC) Obbo Baqqalaa Garbaa har'a waaree booda Dhaddachaa Lidataatti dhiyaatanii turan.

Gareen qorattootaa galmeen nuuf cufamee qorannoo duraa (ቀዳሚ ምርመራ) goona jechuun gaafataniiru. Gareen Abukatoota gama isaatiin qorannoon hanga ammaatuu yakki raawwatamuu waan hin agarsiisneef mirgi wabii Obbo Baqqalaaf akka eegamu gaafateera.

Manni Murtii Federaalaa Sad. Jalqabaa Dhaddacha Lidataa galmee qorachuuf gaafa 30/11/2012 A.L.Htti beellameera.

Maddi: GAHSO
@Gadaapost
@Gadaapost
Forwarded from Kena
🔊BREAKING NEWS

ODEEFFANNOO AMMA NU DHAQQABEEN ......
..

Aktiivistootaa fi gaazexeessitoota dhiyeenya too'annaa jala oolan keessaa ..
Forwarded from Faana beekumsaa (Ibnul Islam)
DUBARTIIN SHITTOO DIBATTU DILII AKKAM QBADI ?
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
By. @gaaddisa_dhugaa

Hadiisa Rasuulaa sallallaahu Aleeyhi wasallam....

Hadiisa Abiy Muusaa Al Ash'arii irraa odeeyfame keeysatti ergamaan rabbii saw akkana je'e

"Dubartiin takka waan isii irraa urgaawu dibattee tuuta/ namoota cinaa dabarte akka foolii isii san irraa dhagayaniif, isiin akka nama zinaa godheeti"

Subhaanallah dhiiroo dubartiin Muslimaa hanagam takka waan kanarraa fagaatanii jiran keeysaafuu yeroo ammaan tanaa...

Yaa rabbi dubartii teenya hunda fatanaa tanarraa isaan tiiysi

`·.💌Join💌 Join 💌Join 💌👇
✯••┈┈┈┈••✦❤️✦••┈┈┈┈••✯
@Gaaddisa_dhugaa
@Bashashaa
@B_islaamummaa
Forwarded from Ado
👇👇👇👇👇👇🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
👉🙌WOW KABAJAMTOOTA HORDOFTOOTA KEENYA MAAL ARGACHUU BARBAADA?????????
🙏CHANNELI BARNOOTA ADDA ADDA IRRA ARGATU QABANNE DHUFNERRA MAARRE JOIN JOIN QOFA TUQA!!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇🌲🌲👇👇
ITTI DABALUUDHAN WARREN CHANNELI KESSAN BEEKSIFACHU BARBAADAN GALMA KANA JOIN GODHA ISININ JENNA
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@ABDETUOR
🙏 @ABDETUOR 🙏
@ABDETUOR
👆👆👆👆👆👆👆👆👆
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
Assalaamu'aleykum worahmatullaahi wobarakaatu obboleewwan muslimaa

Adaraa ergaa kana dubbistanii hin callisinaa Hamma dandeessaniin nu gargaaraa akkasumas miidiyaa islaamaa guddisaa hundi keessan dhimma kana irratti hirmaadhaa youtube n tokko hojii jalqabuuf namoonni 1,000 (kumni tokko) Subscribe gochuu barbaachisa garuu nuti miidiyaa ummata muslimaa tajaajilu Subscribe gochuuf nutti ulfaata? Garuu maaliifi jedhaa mee of madaalaa itti yaadaa Osoo miidiyaa waa'ee amantii keenyaatiin wol faallessu ta'ee namoonni meeqa subscribe akka godhuufi akka hordofu beektu Silaa kan dursuu qabu dhimma amantii keenyaati Nuti ergaa isiniif dabarsuuf dursa gargaarsa rabbii barbaanna itti aansuun gargaarsa keessan barbaanna kanaafuu nutu wol gargaara nutu woliif tumsa Subscribe godhaa haamilee nuuf ta'aa nu jajjabeessaa liinkii gadii kana tuquun subscribe nuuf godhaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.youtube.com/channel/UCTFiNAQOHXblA19rrpUi_8A

Ergaa gabaabduu Qur'aanaafi Faayidaa isaa jedhu kanas ilaalaa share like gochuun nu jajjabeessaa👇👇👇

https://youtu.be/Dn1AvbkfQ3U