Dawaa Qalbii
9.04K subscribers
2.08K photos
37 videos
39 files
2.8K links
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓

@Rabbiiftai
Download Telegram
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
As wr wb Kabajamtoota jaalatamtoota Hordoftoota Amantii muslimaa maraan baga iida kabajamaa fi jaalatamaa hijraa 1441 tiin isin gahe Iid mubarik isiniin jenneera namoonni ergaa baga geessanii nuuf dabarsuu barbaaddan karaa @gaddisa_comment_bot tiin nuuf dabarsuu dandeessu
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
Watch "Eid mubarak New neshida editing by ali amin" on YouTube
https://youtu.be/AVp_FPEyPMM
Forwarded from Marcador Bot
ODUU ARIIFACHIISAA

Muummichi ministeeraa dr.Abiy ahmad waa'ee 👉 SEE MORE...
Ajjechaa Hacaalu Hundeessaatti baayyeen gaddee.Maatifi jaallattota isaa maraaf Rabbi obsaafi cimina hakennu. Hacaalu Rabbin Dhugaa kee siif habaasu.
★★★★★
በሀጫሉ ሁንዴሳ ሞት እጅግ አዝኛለሁ። ለቤተሰቡና ለወዳጆቹ መጽናናቱንና ብርታቱን ይስጣችሁ። ሀጫሉ አላህ እውነትህን ያውጣልህ።
★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★
@Sammaan


Hordoftoota amantaa Isilaamaa mara baga ayyaana Id al Ada’aa (Arafaa) waggaa 1441 ffaa tiin isin gahe.

Eid Mubarak!
ﻋﻴﺪ ﻣﺒﺎﺭﻙ
Baga nagayaan jiraattan obboleewwan koo hundi keesanuu turtii yeroo murtaa'ee booda walitti deebinee jirra alhamdulillaah
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
✦✧ 𝖤𝗋𝗀𝖺𝖺 a𝗍𝗂 𝖽𝖺𝗀𝖺𝖼𝗁𝗎𝗎 𝗁𝗂𝗇 𝗊𝖺𝖻𝗇𝖾 ✧✦

Nama 4 ofirraa hin fageessin
➮Haadha kee.
➮Abbaa kee.
➮Obboleessa kee.
➮Obboleettii tantee.

Waa 4 irraa maganfadhu
➦Yaada.
➦Rifannoota.
➦Dadhabbii.
➦Dondhummaa.

Nama 4 garaa itti hin jabaatin
➦Yatiima(abban qabne).
➦Miskiina(dhabaa).
➦Dhibamaa fi
➦Hiyyeessa.

Nama 4 itti dhihaadhu
➦Kan iklaasa qabu.
➦Kan Beellama guutu.
➦Kan dhugaa dubbatu.
➦Arjaa namaa.

Nama afuritti hin waahiloomin;
➦Kijibaa.
➦Hattuu.
➦Waanyoo.
➦Nama ana malee jedhu.

Waa 4 ofirraa gabaabsi
➦Nyaata humnaa olii.
➦Hirriba heddummeessuu.
➦Ceem'aa.
➦Hasawa bu'aa maalee

Waa 4 addaan hin kutin
➮Salaata.
➮Zikrii.
➮Qur’aanaa fi
➮Rahima Sufuu.
Share godhaa

@gaaddisa_dhugaa
@Bashashaa
@B_islaamummaa
Forwarded from Faana beekumsaa (Islam new hiwote)
Watch "New Neshida Asmamaw Ahmed (amsayaw yet ataw) አምሳያው_የታጣው"አዲስ ነሺዳ አስማማው_አህመድ" on YouTube
https://youtu.be/CWs3TNlApZk
Forwarded from Faana beekumsaa (Islam new hiwote)
Watch "New Neshida Asmamaw Ahmed (amsayaw yet ataw) አምሳያው_የታጣው"አዲስ ነሺዳ አስማማው_አህመድ" on YouTube
https://youtu.be/CWs3TNlApZk
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
Haasaa Hiriyoota lamaanii dubbisaa itti seeqaa😂

Ahmed:- Kaalid rakkoo tokkotu na mudate
Kaalid:- maali inni?
Ahmed:- Mana koo keessatti Hantuutatu baayyate
Kaalid:- Shiboodhan qabdee hin ajjeestuu
Ahmed:- Shiboo hin qabu
Kaalid:- maalif hin bitanne
Ahmed:- Maallaqa hin qabu
Kaalid:- ani Shiboo siif kennuu niin danda'a
Ahmed:- Kuni yaada gaariidha naaf kenni
Kaalid:- ati Dhadhaa xinnoo takka Shiboo keessa kaa'uu qofatu sirraa eegama
Ahmed:- Dhadhaa hin qabu
Kaalid:- Tole daabboo xinnoo tokko Zaytii itti dibii keessa kaa'iif
Ahmed:- Zaytii hin qabu
.
.
.
Kaalid:- duuba Hantuutni Maal gochuuf mana kee seeneree....hin jedhuun seetani😁😂🤣

maaliga ilaalte callisuun Share godhiga
@gaaddisa_dhugaa
Assalaamu'aleykum worahmatullaahi wobarakaatu obboleewwan muslimaa

Adaraa ergaa kana dubbistanii hin callisinaa Hamma dandeessaniin nu gargaaraa akkasumas miidiyaa islaamaa guddisaa hundi keessan dhimma kana irratti hirmaadhaa youtube n tokko hojii jalqabuuf namoonni 1,000 (kumni tokko) Subscribe gochuu barbaachisa garuu nuti miidiyaa ummata muslimaa tajaajilu Subscribe gochuuf nutti ulfaata? Garuu maaliifi jedhaa mee of madaalaa itti yaadaa Osoo miidiyaa waa'ee amantii keenyaatiin wol faallessu ta'ee namoonni meeqa subscribe akka godhuufi akka hordofu beektu Silaa kan dursuu qabu dhimma amantii keenyaati Nuti ergaa isiniif dabarsuuf dursa gargaarsa rabbii barbaanna itti aansuun gargaarsa keessan barbaanna kanaafuu nutu wol gargaara nutu woliif tumsa Subscribe godhaa haamilee nuuf ta'aa nu jajjabeessaa liinkii gadii kana tuquun subscribe nuuf godhaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.youtube.com/channel/UCTFiNAQOHXblA19rrpUi_8A

Wolaloo gabaabduu armaan gadii kanas dhaggeefadhaa waan baayyee irraa baradhaa👇👇👇
https://youtu.be/sHluKXhJHoo
Forwarded from Ado

🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴 Namoonni telegramii fayyadamtan chaaneelii bareedduu armaan gadii kana hin qabdanu jedhee hin yaadu ani chaneelii kanatti baayyee gammadeera isinis join godhachuun gammachuu koo na wojjin qooddadhaa

👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Forwarded from Deleted Account
Namoonni telegramii fayyadamtan chaaneelii bareedduu armaan gadii kana hin qabdanu jedhee hin yaadu ani chaneelii kanatti baayyee gammadeera isinis join godhachuun gammachuu koo na wojjin qooddadhaa