Forwarded from Deleted Account
🌹 Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @abdetuor qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @abdetuor qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
Jennataa fi Azaaba
Rasuulii Rabbii (S.A.W) akkana jedhan: guyyaa qiyaamaa nama akkaan dunyaa kana irratti qanani'aa/bashannanaa fi sirritti qabeenya qabaachaa ture kan rakkina tokkollee argee hin beekne kan garuu jiruu duniyaa jala fiiguu malee aakiraa quba hin qabne kan sababa kana carraan isaa jahannam ta'e tokko malaay'ikonni fidanii sekondii tokkoof ibidda jahannam keessa ol seensisanii gadi baasanii yaa ilma Aadam guyyaa tokkoofille wanta qananii jedhamu argitee ni beektaa jedhanii yammuu gaafatan wallah ani jireenyuma koo keessatti takkaa qananii argee hin beeku rakkachaadhuman har'a gahe jedhee kakata sababni isaa rakkinaa fi hammeenyi laalaa jahannam sekondii tokkotti qananii inni addunyaa irratti qanani'aa ture san isa irraanffachisa jedhan Rasuulii Rabbii (S.A.W)
Yaa Rabbi najaa nu baasi! Ya Allah!
Itti aansuudhaan nama addunyaa kana irratti qananii argee hin beekne kan beelawaa, dheebotaa fi uffata dhabee daaree qullaa deemaa ture kan oso rakkatuu duniyaa irraa deeme kan garuu duniyaa irratti wanta aakiraaf isa barbaachu qopheeffatee ture kan sababa kanaa carraan isaa jannata ta'e tokko malaay'ikonni fidanii sekondii tokkoof jannata keessa ol seensisanii gadi baasanii
Yaa ilma Adam takkaa rakkina argitee beektaa jedhanii yammuu gaafatan wallah ani takkaa rakkadhee hin beeku qananii fi bal'ina keessan ture jedhe kakata sababni isaa qananii, bashannanaa fi wanta ijji hin argin kan gurri hin dhagayin kan wanti akkanaa ni jira jedhe hin eegin waan argeef sekondii tokkotti ni'maan jannataa rakkina duniyaa irratti rakkachaa ture san hunda isa irraanffachisa jedhen Rasuulii Rabbii (S.A.W)
Yaa Rabbi Nu Waffaqi Ya Allah!
@Gaaddisa_dhugaa
B_islaamummaa
@Bashashaa

Forwarded from Ado
✔✔✔✔✔✔✔✔✔✔✔✔✔
🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴 Namoonni telegramii fayyadamtan chaaneelii bareedduu armaan gadii kana hin qabdanu jedhee hin yaadu ani chaneelii kanatti baayyee gammadeera isinis join godhachuun gammachuu koo na wojjin qooddadhaa
⚪⚪⚪⚪⚪⚪⚪⚪⚪⚪⚪⚪⚪⚪
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴 Namoonni telegramii fayyadamtan chaaneelii bareedduu armaan gadii kana hin qabdanu jedhee hin yaadu ani chaneelii kanatti baayyee gammadeera isinis join godhachuun gammachuu koo na wojjin qooddadhaa
⚪⚪⚪⚪⚪⚪⚪⚪⚪⚪⚪⚪⚪⚪
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
Hajjiin bara kanaa akkasitti adeemamaa jira Ilaalaa share woliif godhaa
Watch "Hajj 2020" on YouTube
https://youtu.be/aMpRdjs70xA
Watch "Hajj 2020" on YouTube
https://youtu.be/aMpRdjs70xA
Forwarded from Kena
🔊BREAKING NEWS
ODEEFFANNOO AMMA NU DHAQQABEEN ......
..
Aktiivistootaa fi gaazexeessitoota dhiyeenya too'annaa jala oolan keessaa ..
ODEEFFANNOO AMMA NU DHAQQABEEN ......
..
Aktiivistootaa fi gaazexeessitoota dhiyeenya too'annaa jala oolan keessaa ..
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👉IRRAA FAYYADAMNA👈
🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕
♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡
♡✍by Abdulaziz Ahmeddiin ♡
♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡
🎂🎂🎂🎂🎂🎂🎂🎂🎂🎂🎂🎂
🎂Guyyoota kurnan jabduu 🎂
🎂Kan kheeyriin isaa guddaa 🎂
🎂Ibaadaadhaan dabarsi 🎂
🎂Itti herregadhu mindaa 🎂
🎂Harra if irratti mugdee 🎂
🎂Akka hin qunnamne gadda 🎂
🎂Kheeyrii irratti bololi 🎂
🎂Bor naaf ta'i gammadaa!!!!!!!! 🎂
🎂🎂🎂🎂🎂🎂🎂🎂🎂🎂🎂🎂🎂
🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌
🕌Guyyaan harra dabarte 🕌
🕌Waggaa malee hin deebitu 🕌
🕌Ati umriidhaan turtee 🕌
🕌Waggaa eeguu kee hin beektu 🕌
🕌Harra gahuunuu ni'imaadhaa 🕌
🕌Saammadhu hamma jirtu!!!!!!!! 🕌
🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌
🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
🤲Egaa dhumarratti immoo 🤲
🤲Ergaa xiqqoon dhaammadha 🤲
🤲Hundi obbolaa muslimaa 🤲
🤲Hadaraa nu yaadadhaa 🤲
🤲Balaan kun akka Darbu 🤲
🤲Rabbii keenya nuuf kadhaa 🤲
🤲Ummataaf biyya keenyaaf 🤲
🤲Du'aa'iitti nuuf jabaadhaa!!! 🤲
🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
🙏Rabbiin hunduma keenyaaf 🙏
🙏Rahmata nuuf haa buusu 🙏
🙏Dhabaa fi dhibee hundarraa 🙏
🙏Cufa keenya haa tiksuu 🙏
🙏Gammachuuf milkii malee 🙏
🙏Yaaddoo nurraa haa maqsu 🙏
🙏Waggaa waggaan iideeysuu 🙏
🙏Rabbiin nuhaa milkeessuu 🙏
🙏Gabrummaa hundumarraa 🙏
🙏Mee nuhaa bilisoomsu!!!!!!!! 🙏
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Walaloowwan, Asoosama, odeeyfannoo waqtaawaa fi haqa qabeessa,........
Wantoota ummata Oromoo fi hawaasa islaamaaf barbaachisu hunda qabannee jirra.
Linkii kana👉@Kennaapost tuquun join godhaa!!
💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞
💞@Kennaapost @Kennaapost 💞
💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞
T.me/Kennaapost

Telegram
KENNAA
KENNAA Dhaloota Qubeetiif!!
Chaanaalii kana irraa👇
👉DA'AWAA
👉ODEEYFANNOO
👉WALALOO
👉ASOOSAMA
👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!!
✍yaadaaf👇
@AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!
Chaanaalii Youtube 👉 https://youtube.com/@kennaatube3465?si=5ATT3Pd
Chaanaalii kana irraa👇
👉DA'AWAA
👉ODEEYFANNOO
👉WALALOO
👉ASOOSAMA
👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!!
✍yaadaaf👇
@AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!
Chaanaalii Youtube 👉 https://youtube.com/@kennaatube3465?si=5ATT3Pd
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
Watch "Eid mubarak New neshida editing by ali amin" on YouTube
https://youtu.be/AVp_FPEyPMM
https://youtu.be/AVp_FPEyPMM
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
As wr wb Kabajamtoota jaalatamtoota Hordoftoota Amantii muslimaa maraan baga iida kabajamaa fi jaalatamaa hijraa 1441 tiin isin gahe Iid mubarik isiniin jenneera namoonni ergaa baga geessanii nuuf dabarsuu barbaaddan karaa @gaddisa_comment_bot tiin nuuf dabarsuu dandeessu
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
Watch "Eid mubarak New neshida editing by ali amin" on YouTube
https://youtu.be/AVp_FPEyPMM
https://youtu.be/AVp_FPEyPMM
Forwarded from Deleted Account
Forwarded from Marcador Bot
Forwarded from Deleted Account
Ajjechaa Hacaalu Hundeessaatti baayyeen gaddee.Maatifi jaallattota isaa maraaf Rabbi obsaafi cimina hakennu. Hacaalu Rabbin Dhugaa kee siif habaasu.
★★★★★
በሀጫሉ ሁንዴሳ ሞት እጅግ አዝኛለሁ። ለቤተሰቡና ለወዳጆቹ መጽናናቱንና ብርታቱን ይስጣችሁ። ሀጫሉ አላህ እውነትህን ያውጣልህ።
★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★
@Sammaan
★★★★★
በሀጫሉ ሁንዴሳ ሞት እጅግ አዝኛለሁ። ለቤተሰቡና ለወዳጆቹ መጽናናቱንና ብርታቱን ይስጣችሁ። ሀጫሉ አላህ እውነትህን ያውጣልህ።
★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★
@Sammaan
☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪
Hordoftoota amantaa Isilaamaa mara baga ayyaana Id al Ada’aa (Arafaa) waggaa 1441 ffaa tiin isin gahe.
Eid Mubarak!
ﻋﻴﺪ ﻣﺒﺎﺭﻙ
Hordoftoota amantaa Isilaamaa mara baga ayyaana Id al Ada’aa (Arafaa) waggaa 1441 ffaa tiin isin gahe.
Eid Mubarak!
ﻋﻴﺪ ﻣﺒﺎﺭﻙ
Baga nagayaan jiraattan obboleewwan koo hundi keesanuu turtii yeroo murtaa'ee booda walitti deebinee jirra alhamdulillaah
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
✦✧ 𝖤𝗋𝗀𝖺𝖺 a𝗍𝗂 𝖽𝖺𝗀𝖺𝖼𝗁𝗎𝗎 𝗁𝗂𝗇 𝗊𝖺𝖻𝗇𝖾 ✧✦
✴Nama 4 ofirraa hin fageessin
➮Haadha kee.
➮Abbaa kee.
➮Obboleessa kee.
➮Obboleettii tantee.
✴Waa 4 irraa maganfadhu
➦Yaada.
➦Rifannoota.
➦Dadhabbii.
➦Dondhummaa.
✴Nama 4 garaa itti hin jabaatin
➦Yatiima(abban qabne).
➦Miskiina(dhabaa).
➦Dhibamaa fi
➦Hiyyeessa.
✴Nama 4 itti dhihaadhu
➦Kan iklaasa qabu.
➦Kan Beellama guutu.
➦Kan dhugaa dubbatu.
➦Arjaa namaa.
✴Nama afuritti hin waahiloomin;
➦Kijibaa.
➦Hattuu.
➦Waanyoo.
➦Nama ana malee jedhu.
✴Waa 4 ofirraa gabaabsi
➦Nyaata humnaa olii.
➦Hirriba heddummeessuu.
➦Ceem'aa.
➦Hasawa bu'aa maalee
Waa 4 addaan hin kutin
➮Salaata.
➮Zikrii.
➮Qur’aanaa fi
➮Rahima Sufuu.
Share godhaa
@gaaddisa_dhugaa
@Bashashaa
@B_islaamummaa
✴Nama 4 ofirraa hin fageessin
➮Haadha kee.
➮Abbaa kee.
➮Obboleessa kee.
➮Obboleettii tantee.
✴Waa 4 irraa maganfadhu
➦Yaada.
➦Rifannoota.
➦Dadhabbii.
➦Dondhummaa.
✴Nama 4 garaa itti hin jabaatin
➦Yatiima(abban qabne).
➦Miskiina(dhabaa).
➦Dhibamaa fi
➦Hiyyeessa.
✴Nama 4 itti dhihaadhu
➦Kan iklaasa qabu.
➦Kan Beellama guutu.
➦Kan dhugaa dubbatu.
➦Arjaa namaa.
✴Nama afuritti hin waahiloomin;
➦Kijibaa.
➦Hattuu.
➦Waanyoo.
➦Nama ana malee jedhu.
✴Waa 4 ofirraa gabaabsi
➦Nyaata humnaa olii.
➦Hirriba heddummeessuu.
➦Ceem'aa.
➦Hasawa bu'aa maalee
Waa 4 addaan hin kutin
➮Salaata.
➮Zikrii.
➮Qur’aanaa fi
➮Rahima Sufuu.
Share godhaa
@gaaddisa_dhugaa
@Bashashaa
@B_islaamummaa
Forwarded from Faana beekumsaa (Islam new hiwote)
Watch "New Neshida Asmamaw Ahmed (amsayaw yet ataw) አምሳያው_የታጣው"አዲስ ነሺዳ አስማማው_አህመድ" on YouTube
https://youtu.be/CWs3TNlApZk
https://youtu.be/CWs3TNlApZk
YouTube
- YouTube