Dawaa Qalbii
9.06K subscribers
2.08K photos
37 videos
39 files
2.8K links
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓

@Rabbiiftai
Download Telegram
As wr wb kabajamtoota jaalatamtoota Miseensota faawundeeshinii Tokkummaaf qorannoo Islaamaa Torban Diida'a akkuma beekkamu yeroo dhiyoo as sababa koronaatin barattoonni gara maatii waan deebianiif haalli sochii jijjiirameera kun akkuma jirutti tahe haala dandeenyeen hojiilee keenna jama'a akka hojjannuu jechuun ergaa Ftqi 7'nDiida'aatii
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
ODUU GAMMACHIISAA


Abbootii chaaneelii hundaaf
Akkasumas namoota Hordoftoota chaanelii keessanii baayyifachuu barbaadu hundaaf promotionii haala miidhagaa ta'een hojjetamee miseensa (memberii) keessan kan isiniif baayyisu namni barbaaddan haala miseensa keessanii irratti hundaa'uun liinkii armaan gadiitiin nuqunnamuu dandeessu👇👇

Chaanelii miseensa 100 fi 300 gidduu jiru gara miseensa 1,000k tti Ol Guddisuuf 👇
@Islamnew_hiwote

Chaanelii miseensa 1,000k fi 5,000k gidduu jiru gara miseensa 7,000k tti ol guddisuuf 👇
@kaayyoo_koo

Chaanelii miseensa 10,000k qabu gara miseensa 15,000k tti ol guddisuuf 👉 @ibnul_islaam

Chaanelii miseensa 15,000k qabu gara 20,000k tti ol guddisuuf👇
@ibnul_islaam
Forwarded from Deleted Account
ODUU GAMMACHIISAA
___________________

As wr wb oduu gammachiisaa
Hadha galgala 1:00 Irratti sagantaa Gaaffii fi deebii waan qabnuuf irratti hirmaadhaa Abbaa badhaasaa ta'aa


Galmaahuuf ykn irratti hirmaachuuf 👇👇 tuqaaa

Carraq gaarii🌹
Forwarded from Midu_love_bot
ODUU GAMMACHIISAA


Abbootii chaaneelii hundaaf
Akkasumas namoota Hordoftoota chaanelii keessanii baayyifachuu barbaadu hundaaf promotionii haala miidhagaa ta'een hojjetamee miseensa (memberii) keessan kan isiniif baayyisu namni barbaaddan haala miseensa keessanii irratti hundaa'uun liinkii armaan gadiitiin nuqunnamuu dandeessu👇👇

Chaanelii miseensa 100 fi 300 gidduu jiru gara miseensa 1,000k tti Ol Guddisuuf 👇
@IMRANABSLM

Chaanelii miseensa 1,000k fi 5,000k gidduu jiru gara miseensa 7,000k tti ol guddisuuf 👇
@ABDETUOR

Chaanelii miseensa 10,000k qabu gara miseensa 15,000k tti ol guddisuuf 👉 @ABDETUOR

Chaanelii miseensa 15,000k qabu gara 20,000k tti ol guddisuuf👇
@ABDETUOR
As wr wb
Chanali kana irratti kitaaboba gara gara kan Afaanota biraa irraa A/Oromootti hiikame isiniif dhiheessin join shere waliif godhaa

👇👇👇👇
https://t.me/joinchat/AAAAAFP0myWjOZpYwoW5CA

@kuusaa_kitaabaa
@kuusaa_kitaabaa
@kuusaa_kitaabaa
Forwarded from Deleted Account
Daarektarri Olaanaa OMN Fi xinxala siyaasaa Obboo Jawaar Mohammad channel banatanii jiraani kanaaf gama telegramitiniis yaada isaan dabarfachuuf Dhufanii ana dhufu jennan channeli isaa kana #Join godhaa
Miidhaale Aarii
@Alrisala1
@Alrisala1

1. Diigamuu maatiif
2. Walitti dhufeenya namoota waliin qabnu ni laaffisa.
3. Dhibeewwan kanneen akka,
- Onnee
- Dhiibbaa dhiigaa
- Dhiphina
- Hirriba dhabuu
4. Ilaalcha namootni nuuf qaban gadi buusa.
5. Dirree hojii irratti bu'a dhabeessa nu taasisa.
6. Ofitti amanamummaa keenya gadi buusa.
......
To'annoof mala
............
A. Daqiiqaa muraasaaf nama sababa aariikee ta'e irraa fagaachuu.
B. Lakkoofsa 1-20 lakkaa'uu
C. Hafuura dadhabbii(deep breath) baafachuu
D. Waa'ee waan kanaa itti yaaduun qaba jechuun ofitti himuu
E. Hiriyoota ykn namoota naannoo ofii waliin mari'achuu
F. Dhiifama taasisuun nama hubataa akka si taasisu of hubachiisuu fa'a.
Ulfaadhaa!

Dr.. Ayyaantuu.
==============================

Hiriyoota keessaniif qooduu hin dagatiinaa.

Rasuulli Rabbii SAW Sahabaan tokko yaa ergamaa rabbii maal naaf dhaamtaa jedhee gaaftee jennaan " Hin Dallanin " jedhaniin yeroo hedduu.

Aaariin arrii fiddi Hin aarin
@Sammaan
Forwarded from Keyralumma
🌷Gaaffiin keenya arraa
Kana fakkaata👇
        
         @ibnu_surur ✍️

Sahaabiin yeroo Jalqabaatiif Islaamummaa keessatti dhalate eenyu?

1.Abdallah bin Umar
2.Abdallah bin Zubeyr
3.Abdallah bin Masuud
4.Abdallah bin Abbaas

🙋‍♂️Yaada Qabdanuuf 👇asiin
nuun gahaa👉 @ibnu_surur ✍️

Deebii deebisuuf toorawwan keenya gadii kanaan 👇hirmaachuu dandeessuu
🌷 Carraa gaarii 🏆🥇
#ODUU_GADDAA

Artist Haacaaluu Hundeessaa har'aa galgalaa tilmaamaan naannoo sa'aatti 3:30 magaalaa Finfinnee bakka adda Kondominiiyemii Galaan jedhamurra jalqabe namoota hidhataniin hordofamaa erga ture booda naannoo Labuu yeroo gahuu rasaasa itti dhukaafameen ajjeefame. Battalumatti gara Hospitaala Xirunash Beejiing geeffamuus lubbuusaa baraaruu hin danda'amne.

Lubbuu goota Oromoo kana , ummata Oromoo hundaaf jajjabina hawwina!
Forwarded from Jawar Mohammed
Haacaaluun Oromoofi Oromiyaaf qabsayee, Oromoofi Oromiyaaf wareegame!

Nan Sobee nuun jedhe, osoo takkaa ofis saba isaas hin sobin dhugaa Oromoo cichee wareegame!!

QABSAA'AAN NI KUFA, QABSOON ITTI FUFA!!
Forwarded from Tokkummaa Sabaa (Think Globally Act Locally)
😰ODUU GADDAA😭

Haacaaluu Hundeessa galgala kana sa'a 3:30 irratti wareegameera.
Qeerroo Dammaqii haaccaaluu Hundeessa irraatti inni ta'e boruu immoo Jawaar fi haayyoota Oromoo irraatti ta'a.
😭😭😭
Forwarded from Deleted Account
Waa'ee Haala mana hidhaa biyyaa keenyaa yeroo ammaa keessaa jiru baruu yoo barbadee Itoophiyaa keessaa Paartiin biyyaa bulchaa jiruu maal akkaa hojjachaa jiruu
Odeeffannoo guutuuf👇👇👇👇
@OROMOTOO
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa) via @like
BAGA WAL ARGINE
🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌

Assalaamu Aleeykum
jenna hundumaanuu
Warahmatullaahi
nagaadhaa martinuu
Wabarakaatuhu
alaa fi manaanuu
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

Lubbuu namaa qaalii
Meeqa of biraa dhabnee
Yeroo haddisiistuu
Kana dhandhamannee
Turtii xiqqoo booda
Baga wal arginee
Maatii #KENNAA wajjiin
Walitti deebinee!!!!!!!!!!!!!
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

Wanti Rabbiin fide
Hunduu kheeyrumaafi
Yaa Rabbii hundaa ol
Ati garaa nuuf laafi
Gubaa keessa keenyaa
Si qofatu argaafii
Kheeyrii nuuf filadhu
Nuuf deebisi gaaffii!!!
🏸🏸🏸🏸🏸🏸🏸🏸🏸

Mudhiin jabeeffachuuf
Qabattoo hidhannee
Dubbiin faallaa taatee
Isumaan hiddamnee
Rabbii hunda beeku
Tana sitti himannee
Gaaf tokko dubbanna
Carraa yoo arganne!!!
🏸🏸🏸🏸🏸🏸🏸🌹🌹


Abdulaziz Ahmeddiin
@Kennaapost @Kennaapost
@Kennaapost @Kennaapost
T.me/Kennaapost
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
Hatticha Waa Hatuuf Bahee ofumaafuu Hatamee Gale !!

HAtticha tokkootu halkan dukkanaa mana Imaam Maalik ibn Diinaar seene.. Imaam maalik isa arkaa jira.. garuu hattichi ofirraa hin arkine..
Mana imaam Maalik keessa nannaanawee, waan fudhatu dhabee.. hattichi ofirraa bahuuf gara gallaan.. Imaam Maalik itti lallabe, "waan addunyaa kan barbaaddu dhabdee.. kan aakhiraatoo ni feetaa??" ja'een.. Hattichiniis baay'ee ajaa'ibeetuma.. "ee, niin fedha" je'een..
Imaam Maalik "haaya koottu, wuduu'a kee tolfadhuu, raka'aata lama salaati.." ja'eeniituma of biratti salaachise..
HAttichi salaata sagadee hanga Salaatni Subhii gahuu imaam Maalik bira ture.. Yeroo Salaatni subhii gahe, Imaam Maalik of wajjiin fuudhee gara masjiidaa deemeen..
Umanni salaata irratti imaam Maalik wajjin agarraan.. Eenyu Aaalimtichi guddaan keessummummaa imaam Maalik bira bulee, arra salaata isa wajjiin dhufe kun ja'anii gaafii itti taheeti.. gaafatan.. "Yaa Imaam.. eenyu kan si wajjiin jiru kuni??" ja'aniin..
Imaam Maalikiis " Kuni bar Eda nu hatuuf dhufeeti, isumaahuu Hannee!!" ja'een..
hamtuu namni dalageef oofaa namarra baastee daran amantiirraa nama hin arihin.. Gorsa kee xiqqaa tokkoon namni badii hojjatulleen gama kheeyrii deebi'uutu mala..!! hayyummaan nama yaami..

@Gaaddisa_dhugaa
@Bashashaa
@B_islaamummaa

T.me/gaaddisa_dhugaa
Forwarded from Kena
🔊BREAKING NEWS

ODEEFFANNOO AMMA NU DHAQQABEEN ......
..

Aktiivistootaa fi gaazexeessitoota dhiyeenya too'annaa jala oolan keessaa ..
Forwarded from Deleted Account
🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝
WANTOONI BARBAADAN HUNDU JIRA
➺MIDIYAALE BABEEKAMO
➺WAA'EE BARNOOTAA
➺SEENAA GOOTOAA
➺WAA'EE AMANTII
➺SIYAASA
➺OROMUMMAA
.

HUNDU JIRA ITTI MAKAMAA👇👇👇
JOIN JOIN 👇👇👇👇👇👇👇👇
Forwarded from Ado
الســـــــــلام عيــــكم ورحـــــــــــمتُه وبــــــــــــــركاتُه
Assãllãmûlêkûm
Wãrahãmãtûllãhî
Wãbãråkãtûhû 💚
Channel islama kanene jion gochudhan nuti dabalamă Jazakumullahu keyran 🙏
Forwarded from Ahlu Sunnaa wal-jama'aa (Allahan Qaba)
💐 Yaadachiisa Sifaata salaata.

🥀 NIYYAA. RUKNIIDHA

🥀 DHAABACHUUN. RUKNIIDHA.

🥀TAKBIIRAA HIDHANNAA. RUKNIIDHA.

🥀HARKA OL FUUDHUUN. SUNNAADHA.

🥀DU'AA'IIN BANIINSAA. SUNNAADHA.

🥀FAATIHAA QARA'UUN. RUKNIIDHA.

🥀FAATIHAATTI AANSANII QARA'UUN. SUNNAADHA.

🥀RUKUU'A BU'UUN. RUKNIIDHA.

🥀RUKU'A BOODA OL DEEBI'UUN. RUKNIIDHA.

🥀SUJUUDNI. RUKNIIDHA

🥀SUJUDA LAMAAN GIDDUU TAA'UN. RUKNIIDHA

🥀DU'AA'IIN, YEROO TAA'UMSAA. SUNNAADHA.

🥀TASHAHUDNI JALQABAA. WAAJIBA.

🥀TASHAHUDNI BOODAA. RUKNIIDHA.

Rabbin namaa wan dhagayee fi argetti fayyadamuu nuf haa laffisuu.

Share godhaa hiriyottan kessaniif qodaa

@ISLAMTUB
@ISLAMTUB
@ISLAMTUB
Forwarded from Deleted Account
Namoonni telegramii fayyadamtan chaaneelii bareedduu armaan gadii kana hin qabdanu jedhee hin yaadu ani chaneelii kanatti baayyee gammadeera isinis join godhachuun gammachuu koo na wojjin qooddadhaa